Qaanqee Show interview with Dawite Mekonen August 15, 2017 Part 1

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 14. 08. 2017
  • Qophii Qaanqee Show Hagayya 14, 2017 Gaafi fi deebi Art. Dawit Mekonen waliin kutaa 1ffaa Habtaamuu Lamuutiin
  • Zábava

Komentáře • 67

  • @getinettafesetucho7999
    @getinettafesetucho7999 Před 2 měsíci +1

    ".....anuu sitti hin aarree natti aartaa..." Barbaadeen dhabe dgugaa.....maaloo kanas nuuf hojjedhu Daawwee ko. Thanks!

  • @hayatsanyiijawwaar271
    @hayatsanyiijawwaar271 Před 3 lety +1

    Dawwii koo
    Ani sirba jalqaba An dhufeen jiraa jedhun guddadhe isaan si baree jechuudha 💚🌳💚🌳💚🌳💚🌳💚🌳💪💪💪

  • @burtukanalain7637
    @burtukanalain7637 Před 10 měsíci

    Dawitiyee fi Hafitamuu kenyaa qallii oromoo nufii jiradha

  • @demelashwendimu504
    @demelashwendimu504 Před měsícem

    Great interview habtsh

  • @salihahassen2370
    @salihahassen2370 Před 5 lety +1

    Ana dhufu Dawite Addarakee ijjollee 8 ttan godha kan jettee 12 nuuf guuttii sabinii oromoo haa bayyetu sii jallannaa isin kabajina qomoo tiyyaa

  • @lenchoweri4533
    @lenchoweri4533 Před 5 lety +2

    Bayee bareeduu isiini lamenuu qabsooftootaa, welistootaa keenyaa jiraadhaa umurii dheraadhaa.

  • @mimiMimi-gc9fd
    @mimiMimi-gc9fd Před 5 lety +2

    haftamuu bayee nmaa bowarsitaa hiti mudii anii bayee jaladhaa musiqaa kesii.jabdhuu hilmaa sabaa👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤💝💝💝💝💝💝💝💝💟💟💟💟💟💟💟💟💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞nic oromo koo yomu sin bonaa jabdhuu haftamuu

  • @malkaaabbaayaadaa3889
    @malkaaabbaayaadaa3889 Před 3 lety +1

    waliin haasaa keessan baayyeen jaalladhe!baayyee namatti toltu!Nuu jiraadhaa!

  • @kety4309
    @kety4309 Před 4 lety +1

    Dawwe fi habtamu baayyeen issiin jaaladha!!!

  • @user-cv7fb4tm3b
    @user-cv7fb4tm3b Před 6 lety +1

    I,am oromo but.......menagr Alchelm.dawitye kemuzkawochehe hulu (wasene)betam temchetognal.Antem temchethegnal.gen...zefnochehen hulunm besemaw bsemaw. ....................Ayislchgnem. love you 2 much

  • @urjiiamboo964
    @urjiiamboo964 Před 5 lety

    Wwwwwwooooo Dawitii Anadhufuu jedhee. Wanii ofiikoo Eduu siitii bonaa sagalekee yooni guranii dhagawuu. Qaanqii show galanii kesanii gudadhaa

  • @user-gk6bb3qq3s
    @user-gk6bb3qq3s Před 8 měsíci +1

    Bagan dhufte Hbtish Mee logo tokko si ojjedhu kena Abdisa dha Ani Hbitish dur kasen si bekka jiradhu Hbitishe waqayyoo sura fi simboo silatera Ananuma Harma Hadha kesa Hodhan Natti Fokkata Yrotti dubatu Mali Hasa lata jedhani Adunya martti s egu wanta Atti dubatu dhagefachufi olifadhu

  • @nonaa383
    @nonaa383 Před 3 lety

    Anaa dhufuu isiinii Lamanuu 🤩 atisitoo kenyaa OROMOO 👍 bagaa dhufutaani qaqaliwanii. OROMOO 🇾🇪✅💯💯💯💯👌❤️🌲❤️🌲❤️✅✅✅✅

  • @tamirunegera1289
    @tamirunegera1289 Před 11 měsíci

    Soolanee ❤🎉❤

  • @milkoesa9709
    @milkoesa9709 Před 5 lety +2

    Fantastic Deva

  • @qalenjinakero5529
    @qalenjinakero5529 Před 7 lety +1

    👍👍👍💖💖💖 Welcome Qaanqee Show

  • @dukkanbodiffjira
    @dukkanbodiffjira Před 10 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @samirahuseen6560
    @samirahuseen6560 Před 3 lety

    Anuu sirbaa daawutee keessa mee xiqqoo garaa,iimee kan jedhu sana jaalladha hedduu naaf jiraadhuu daawutee koo isa sana anumaaf baafte umrii dheeradhuu

  • @waqyomjirwyj5802
    @waqyomjirwyj5802 Před 6 lety

    Woo 🙌 nuf jiradha 👍👍👍👍👍💙❤💙

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 Před 3 lety +1

    #freeallpoliticalprisoners #freejoharmuhamad #freehamza #justicefor acaluu

  • @vsssshs7753
    @vsssshs7753 Před 3 lety

    Sirba dawwite wooyyanaa kanjedhuu San irra deebi'een haahojjatuu itti himi haftee

  • @user-ez5ig4zo2o
    @user-ez5ig4zo2o Před 5 měsíci

    dawite ammayyu si gadi hambtamu ati dulmtee

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před 2 lety

    Wowwwww nuf jiradhaaaa

  • @tiksaayano3371
    @tiksaayano3371 Před 7 lety +1

    wal bira jiraadhaa!!

  • @lensa3719
    @lensa3719 Před 2 lety

    Good Job 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @lkioubosafe5771
    @lkioubosafe5771 Před 3 lety

    2😍😍❤️💚❤️💝🙏

  • @user-ep8zc4sp4d
    @user-ep8zc4sp4d Před 5 lety

    umrii dheeradha

  • @dohaomar902
    @dohaomar902 Před rokem

    🍎🍏🍎🍏

  • @amangetiso2176
    @amangetiso2176 Před 4 lety

    Sirbi isa hunduu baay'ee natti tola

  • @babeegure6775
    @babeegure6775 Před 3 lety

    baga lubbun jiraattani walduuka taphattagni

  • @mohammadmammud5779
    @mohammadmammud5779 Před 11 měsíci

    An dhufeen jiraadha kan isa beeysise

  • @wowowowdayeebareduu568

    💚❤💚

  • @mariamatyope2908
    @mariamatyope2908 Před 3 lety

    👏👏👏

  • @bareduoromo8003
    @bareduoromo8003 Před 6 lety +3

    kkkk 😍😍

  • @hafidadadi7347
    @hafidadadi7347 Před 5 lety

    Anidhufeni jiraa malumaa yanitaloo asibayiboo xiqishoo taee naniyadadha bayee jalatuu daridarani yeroo sanati

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety

    Nuuf jiradhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @raheemaa5438
    @raheemaa5438 Před 5 lety +1

    Saboona oromoo nufi jira maloo bayye garaa nama rastaa yaa qanqee kenyaa

  • @sabiraasabboontuu8885
    @sabiraasabboontuu8885 Před 7 lety +1

    Wooow baga nagaan dhufte

  • @lenchoweri4533
    @lenchoweri4533 Před 5 lety

    Dhugaa bayee namaati toltuu sabboontootaa keenyaa

  • @caltuloveoromo6359
    @caltuloveoromo6359 Před 6 lety

    Jabadhaaa bayee namati tolatu

  • @ebiisaaahamadalishu999
    @ebiisaaahamadalishu999 Před 7 lety +1

    Galatoma habtamu ko

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 Před 3 lety

    OMN sabaaf biqilchite

  • @TolaChaka
    @TolaChaka Před 19 dny

    Dawite Mal jedhama wan ebisa adunyaa hiriya isatiin jedhan durii???

  • @user-fg8rl2yc7n
    @user-fg8rl2yc7n Před 7 lety +2

    Haacaluni yero maraa maqaa ke afani bafatuu si malifii sitii ulfatee.

  • @jshavaygsjsjwn4767
    @jshavaygsjsjwn4767 Před 5 lety

    dawiteni mucadhaa

  • @birqisaabdusamad9711
    @birqisaabdusamad9711 Před 5 lety

    Wow namati tolanii Oromo koo amboo ganama barii! !!!!

  • @adanishadanish4399
    @adanishadanish4399 Před 3 lety

    nuf jiradhaa

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před 2 lety

    Badaha arma ቴድሮስ ዱኡፋ ጂራ አጋ ኦፍራት 😌😁😲☺

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 Před 3 lety

    🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅👍💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
    ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤
    Ani Dawiteefi Habteellee Ijuma tokkon isin laala Mashaal'allaaah ofillee wolirraa bareedani/wol biraa bareeda
    Leencota koo

  • @mashaalaaamashalaaathubi334

    kkkkkkk bayee Namaa boharsituu

  • @user-ez5ig4zo2o
    @user-ez5ig4zo2o Před 5 měsíci

    ammati dawite gadi maaf of sobda

  • @bestkonjo3999
    @bestkonjo3999 Před 6 lety +1

    kkkkkkkkk

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před 2 lety

    ኑቲ ዋሪ አንባሰል አማራ ቶሁ ኑወያ የኢቲዮ አንድነት ዋራ ሃርመ 😲😂😌

  • @abbasabbas6085
    @abbasabbas6085 Před 5 lety

    Nuuf jiraadha baayyee isini jaladha

  • @user-gk6bb3qq3s
    @user-gk6bb3qq3s Před 8 měsíci

    Kinettin Mali jechudha da written Yoo xinate waga 57 inta Anu ergan arge waga 35 ta a

  • @lenchoweri4533
    @lenchoweri4533 Před 5 lety

    Oromoo koo nuuf jiraadhaa!!!!!

  • @naimadhaba2536
    @naimadhaba2536 Před 7 měsíci

    😂😂😂😂

  • @najatmohamad3982
    @najatmohamad3982 Před 7 lety +1

    Maqaawelisicha naafhimi.dawtee

  • @tamirattefera8769
    @tamirattefera8769 Před 3 lety

    kolfaan nu fixxan

  • @makeyamakeya3135
    @makeyamakeya3135 Před 3 lety

    Kkkk

  • @ebiisaaahamadalishu999
    @ebiisaaahamadalishu999 Před 7 lety +1

    Kkkk huma rakko qabu

  • @sabbontuoromolubbuu4429
    @sabbontuoromolubbuu4429 Před 7 lety +1

    kkkkkkk

  • @nsisioaos2159
    @nsisioaos2159 Před 3 lety

    Kkkkkkk