Gaaffiif deebii Keessummaa Qophii Qaanqee Show Gaaze...Abdii Fiixee waliin Ebla 26,2018

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 21. 08. 2024

Komentáře • 42

  • @ribqaarabii5599
    @ribqaarabii5599 Před 4 lety +2

    Gaazexesa Abdii Fiixee gaheen inii bahaa turee oromoof kan namaa ajaa'iibsiisuufi kan galateefamuu yoomuu. Akkata oduu ittiin guraa umaata oromoo busuufi jechoota mi'aawa akkaa ittiin namnii hubachuu dandaa'uun tajaajilaa turee osoo haluuma suniin nuuf ittii fuufee baayyee barbaachiisaadha.

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 Před 3 lety

    Abdi hedduu si jalaadha nuuf jiraadha isin lachuu Qaqaaliwwan Oromoo First 💪💪💪💪👍 Abdi Fixe Erga Media irraa dhabne turee jirraa Amma Siraaji Sabaa bakka bufannee wollaahi ani gaafa Siraajin Argu Abdi seeyeen Ijja itti qabee laala ture Umrii nuuf dheeradhaa 😍😍😍😍

  • @makiyayoutube6871
    @makiyayoutube6871 Před 3 lety +1

    Dhugaa rabbii nama jaba kan midiyaa irraa fagachuun isaa bayee nama gadisisaa

  • @indiyataju473
    @indiyataju473 Před 4 lety +1

    Abdii fiixee bagaa nagandhufte bagaa jirate

  • @Turaahmed-zg5pq
    @Turaahmed-zg5pq Před 3 lety +1

    itti jabaadhu habtaamu itti muddi

  • @jaboamanu553
    @jaboamanu553 Před 6 lety +1

    Abdii FIIxee yaada ajaa'iibaa qabattee dhufte, dandeettii akkasiii qabaattee miidiiyaan as bahuu dhiisuunke nu miidheera.Habtish guddaa galatoomi jabaadhu.

  • @makiyayoutube6871
    @makiyayoutube6871 Před 3 lety +1

    Bagaa jirtee abdi kenyaa

  • @saddamabdii4224
    @saddamabdii4224 Před 4 lety +1

    Abdii bayee galatomii hulfadhuu

  • @IfaaOromiyaa
    @IfaaOromiyaa Před 6 lety +1

    Qeerroo ijoollee Harargee gaafadhaa...Waggoota dhibbaatama dura itti fayyadamaa turreera....

  • @feedhesabulii8581
    @feedhesabulii8581 Před 3 lety

    Jaaratii waaratii qamisiidhaa taata iraatii tatee akkasi gotee midiya waalittii qabamee sifii Abaanamuu gotaa lenichaa Abidaa

  • @user-uy2sk1dj2h
    @user-uy2sk1dj2h Před 3 lety

    Abdii garaa media irrati akka deebiyuu abdii qaba hedduu jaladhaa abdii fixee

  • @magarsaajireenyaa3045
    @magarsaajireenyaa3045 Před 3 lety

    Abdii baay'ee baay'ee jaallanna

  • @feedhesabulii8581
    @feedhesabulii8581 Před 3 lety

    Abdii iyesusi gofitaadha imonaa waara qamisii undesee buqaa yeroo gaababiduu giduutii

  • @fh7860
    @fh7860 Před 6 lety +1

    Abdii yaanni kee baay.ee namati.tolaa umrii dheeradhu jabadhu manna barumsaa keessati iyyuu yaanni namaa hunda hin debi.u

  • @hafiemiru9790
    @hafiemiru9790 Před 6 lety +1

    wow abdichoo yaada bayye nama barsisudhaa #habtish guddaa galatomma!!!

  • @user-nt5hu4hz2i
    @user-nt5hu4hz2i Před rokem

    Miilkaai abdi.

  • @halimahalima8041
    @halimahalima8041 Před 6 lety +1

    Abdiin baayeen si jalaana garu hin baadi nu deebi Adda keessi Rabbiin si gargaru

  • @dambidollotube2127
    @dambidollotube2127 Před 6 lety +2

    Obbo abbdii xinxxala ga'aa, heduu barbaachisaa barnoota garii irra argachuu dandeenyu irrati waan nuuf laateef galata gudaa nu biraa qabda obbo habataamu atis gaafii bareeda gafatee sabni irra baruu danda'uu gochuu keef gammachuu gudaa isin irra qabna ulfaadha jenna.

    • @kadirgoosaa7976
      @kadirgoosaa7976 Před 6 lety

      Ana dufuu qanqe shoo obo abdi fitee Ati sabona dugatii Yada gari fudate duftee jirada undi kesan jajabada galmiikesan bilisumaa hatuu

  • @lplpo123lplpo6
    @lplpo123lplpo6 Před 6 lety +2

    Abdii fixxe baye sii jaaladha Abshirii atti nama cimadha kana shirraa siti xaxefi waqayoo hojii isani yaa kenufi

  • @ayantubooka4616
    @ayantubooka4616 Před 6 lety +1

    WOW DEBNE OMN DHAGENYE ? ULFAADHU HABTAMU. NUTI KAN BEEKNU ABDI FIIXE OMN DHA . OMN AMMO ABDII FIXET HIN BEKNU KABIRA, KAN YOO HASA'E IRRA MIDHAGU KAN MALLAQAN HALAKTI ABBOO JABADHA ISIN BAKKI DHUGAN JIRTU SOBA GIDDUDHA MULATTO

  • @user-gs3bp1vw7l
    @user-gs3bp1vw7l Před 6 lety +2

    Wwwwwwwwwwww.
    Baay'ee namaatti tolaa.
    Hamtamu,abdii ,jireenyaa .
    Hedduu yaada gaariidha.
    Bakki jireenyaa itti sirbee magaala
    Innagoodha???
    Galatoma qopheessa Q shee f keesuumman kee hundii.
    ❤💙❤
    Caaltuu taaddasa .
    Dubai irraa . .

  • @kookeetabdella3836
    @kookeetabdella3836 Před 5 lety +1

    Muudama dhiigaan dhufee jecha dhugaati

  • @dejeneetefaofficial7441
    @dejeneetefaofficial7441 Před 6 lety +1

    Abdii baay'een si jaalladha dandeettii kee kanaan utuu miidiyaa uummataa kan dhaabbata dhunfaarraa walaba ta'e irratti hojjettee bu'a qabeessa ta'a jedheen yaada!

  • @abdiabdi4515
    @abdiabdi4515 Před 6 lety +1

    Haaftamu laamuu nuuf jiiraadhu hedduun siijaaldha akaa naama tokoti

  • @oromoofamlyoromoofamly379

    Abdiin jartii qabaa nan jaladhe😭😭😘😇

  • @OAFRICATUBE1
    @OAFRICATUBE1 Před 6 lety +1

    "Qaanqee show" baay'ee namatti tola #Habtish Osoo OMN 'n waliin ta'ee kallattiin darbee gaariidha.

  • @mohammedamin4559
    @mohammedamin4559 Před 6 lety +2

    Good job

  • @tayibosman3457
    @tayibosman3457 Před 6 lety +1

    abdii fiixee sagalema kee dhagahuu hawwe si yaade abdii keenya omn siin bareeda hadaraa kara omn deebi,i

  • @warramucee1827
    @warramucee1827 Před 3 lety

    Architect or architecture? I think you meant architect.

  • @kiyaa7452
    @kiyaa7452 Před 5 lety +1

    Wooooowwww

  • @hayatomar4575
    @hayatomar4575 Před 2 lety

    🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍❤💚❤️👍👍👍

  • @IfaaOromiyaa
    @IfaaOromiyaa Před 6 lety +1

    dhaaba jalqaba Oromoof ijaarame ##QEERROO GANAMAA ##JAARRAA ABBAA GADAA##

  • @nimonaa_Nemera
    @nimonaa_Nemera Před 6 lety +2

    wow Habtish and Abdii.But,maaliif dhugaa awwalttee ta'a turtee???????????Taphaa siiyasaa hangaa kana maaliif nuu burjaajeessaa turtanii???Ammas tanan Abdii gadii batee hojii kee fi taphaa jiruu duraa dhabbahuu qabdaa.sabaf dhugaa jiruu lafaa keesse darbuu qabdaa.kana boodaa hojii hedduu sirraa egaa jirraa.Waggaa tokkoo garii fi dogoraa jirtuu eguuf caallistee jirtaa amma garuu hojiin suun akkumaa jedhamuttii jiraa tanan duraa dhabbachuu qabduu.DHUGAAN JIRUU DARBUU QABA.Juwariis akka barbadee fi yaadee saba keenyaa fi qerroo burjjajjeessuu hin qabuu.kanafuu,Hojiin kun dhabbachuu qaba.

  • @sefenalamu7305
    @sefenalamu7305 Před 5 lety

    👏👏👏👍👍👍

  • @bbmmkop1868
    @bbmmkop1868 Před 6 lety +1

    dhugaa ke

  • @roobsaanjabadhaitifufaorom891

    Baarumsaa gariidha gariidha galatomaa

  • @caaltuufiraol.5603
    @caaltuufiraol.5603 Před 6 lety +1

    Abdii dandeetii ke kanan midiyaa irraa baduu ketif bay'ee nama gadisiisaa.Garuu garaa tokkon dhugaa keti.Yeroo amaa kana midiiyaa irraati kan ummaata waliti busaa jiruu nama dandeeti balisee yaaduu hin qabneedha.