Anaaf Du'a Gidduutti taaakkuun tokko hafen du'a oole!

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 20. 08. 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
  • Zábava

Komentáře • 145

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 Před měsícem +3

    ሸጌ ቡርቱካነቶ የምትለው ዘፈንህ ሁሌም በጆሮዬ ላይ ታቃጭላለች ።
    በዚህ በሚያምር ድምፅህ ለጌታ በመዘመርህ ክብሩ ለእግዚአብሔር ይሁን ።

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 Před měsícem +4

    አቤ እውነት ብለሐል በዚያን ዘመን እኛ ከገጠር እንደመጣን አዲስ አበባ ውስጥ የኮሌጅ ልጆች እርስ በእርሳችን ኦሮምኛ ሥንነጋገር ሰዎች ዞረው ይመለከቱን ነበር ።
    ዛሬ በኢትዮጵያ ውስጥ ሁሉም በቋንቋው ሲነጋገር እንደው በዋዛ አይደለም እዚህ የተደረሰው ።
    እግዚአብሔር አምላክ ኢትዮጵያንና ህዝቧን አብዝቶ ይባርክ ።

  • @eliyastesfaye868
    @eliyastesfaye868 Před měsícem +5

    Baga waaqayyoo jaalala ilma isa Gooftaa keenyaa YESUUS KIRISTOSIN simo'ate kansa sigodhate.

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 Před měsícem +2

    አይ አቤ እንኳን በዚህ ሁኔታ ጌታን አግኝተህ አየውህ ።
    አስታውሳለው በ80 ንያዎቹ ውስጥ ሚሊሊክ ትምህርት ቤት ፥ሜክሲኮ ተግባረ ዕድ ፥ ሀዊ ሆቴል ከነኡመር ሱሌይማን፥ነብሱ በሰላም ትረፍና ዘርይሁን ወዳጆ ፥ዳዊቴ መኮንን ኤቢሳ አዱኛ ጋር አብረን ጨፍረን ነበር ።
    ዛሬ ሁላችንንም ጌታ ረድቶን አለን በህይወት ።

  • @senakumsa3120
    @senakumsa3120 Před měsícem +5

    Iyesuus karaadha, jireenya, dhugaadha. Isa malee daandiin fayinaa hin jiru.

  • @oliyadsori1835
    @oliyadsori1835 Před měsícem +4

    Gola du'aatii bahuun carroomuudha! Praise Lord!

  • @user-bi9xz4nm7l
    @user-bi9xz4nm7l Před měsícem +3

    He is one of my favorite Oromo musicians. Beg nufjerate Abebe Abishu. Baayee Geletomee Habtamu.

  • @bantitakale6397
    @bantitakale6397 Před 19 dny +1

    obboo habtamu guyyaa siribituu dhufuu in sirba akkasumas guyyaan farfattan dhufuu immoo in farfatta. obboleessoo qooda tokko keessa wanti lama hin burquu

  • @KalebAsegedom-km2pc
    @KalebAsegedom-km2pc Před měsícem +6

    The best man

  • @abdulliitube8887
    @abdulliitube8887 Před měsícem +1

    ❤❤❤❤❤wwwwww habtee baayyee jaaladha nama kana sirba isaa quufuu dadhabe haga arraa galatoomi
    Aaddee Adaanech Abeebee nuuf dhiheessi maaloo itti fufi. Show Kee jaalanneerra

  • @mebrukabera3321
    @mebrukabera3321 Před měsícem

    ጋዜጠኛውም አጠያየቁ ትክክል አይደለም ገና የዘፈኑ ጉዳይ ሳይጨርስ ወደ መዝሙር ሮጦ መግባት ምን እንደሆነ አልገባኝም ምርጥ ምርጥ ዘፈኑ አኮ የሱ አይደለም እውነቱን ለምን አይናገርም

  • @martuusimalee3243
    @martuusimalee3243 Před 12 dny

    Ay Ababaa Abashuu mootii muusiqaa oromoo
    Habaaboo Goree gubabaa
    Shaggee sutumee
    Yaadakee nagugubaa dafii koottumee....😢
    Eenyu akka keetti sirbaa danda'aa,king of lyrics no body for me

  • @marsanadam4622
    @marsanadam4622 Před 28 dny

    I Proud of you guys, Qeerroo ganaama!

  • @hamza-qt3zi
    @hamza-qt3zi Před měsícem +3

    Wallaggaa taraa yaadataa qexamaa taraa raayyaafaa wajjin waawuuuu

  • @user-qd1ik4gu8b
    @user-qd1ik4gu8b Před měsícem +1

    Ameeen ameen waqayoo sii haa eebbisuu eebbifami ayana dacha siif haa baayisu

  • @danieltsolomon7799
    @danieltsolomon7799 Před měsícem +2

    Isini haa eebbisu Abbee fi Habtee

  • @NegasaTolesaNT
    @NegasaTolesaNT Před měsícem +1

    Abebe Abbishuu legend wallee Oromooti. He's worked a timeless masterpieces. Thank you for your contributions! Jireenya haaraattis milkaa'i!

  • @Olyaadaatube
    @Olyaadaatube Před měsícem +1

    Wow! Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatu.

  • @boonaoromiya
    @boonaoromiya Před měsícem +1

    Qaanqe show galatoomi naman baaye jaalladhu naaf dhiheesu keetiif galatoomi dhugaa dubbachuuf lubbudhan jiraachuu isaayu hinbeeku ture an ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @bikilaketema9855
    @bikilaketema9855 Před měsícem

    Gooftaan inni si booji'e maqaansaa haa eebbifamu!

  • @YikirbelinaYiki
    @YikirbelinaYiki Před měsícem +2

    sirba kee Isa "Dammeekoo Daabe. . . jedhu San Ijoollummaa Kootti Yeroon dhagahu Ture Nan Boo'a Sababni Isaas 1Ffaa👉 Yeedaloon Isaa Baay'ee kan Nama Booji'iudha
    2Ffaa👉 Sagaleen Kee Sagalee Uumamaa Ajaa'ibaa Waan Ta'eefi Kanaaf Yeroo Hundumaa Yaa Gooftaa Namtichi Kun maal Qaba Garara Keetti Dhufee Siif Yoo Faarfateen hawwiikoo Cimaa Ture Dhugaa Waaqayyooti 😢😢😢😢 Amma Yeroon Jireenyakee Miilanaa Argu Waaqayyoon Galateeffadheera🙏🙏🙏 Baay'een Si Jaaladha❤❤❤❤❤❤ Atis Guddaa Galatoomi Habtish nama Kana Affeeruu Keetti Ulfaadhu🙏🙏🙏👌

  • @abrahamali7259
    @abrahamali7259 Před měsícem

    Beautiful voice I wish keep singing. many thanks for your contribution to Oromo cause ❤

  • @kitilayadessa8872
    @kitilayadessa8872 Před měsícem +1

    King of Music,baga jiraatte! Amma iyyuu muuziqaadhuma keen amma iyyuu gammadaan oola ani

  • @debelabikila1192
    @debelabikila1192 Před měsícem +1

    Radical change! Habtamu, follow him

  • @firaolobsa4078
    @firaolobsa4078 Před měsícem +1

    Namni waaqayyoo akkana bareedaa ammas ayyanni Isaa sif haa dabalamuu❤❤❤

  • @namomsaderessabalessa
    @namomsaderessabalessa Před měsícem +1

    artist aabbitoo Kbbadaa (paaster Aabbitoo kabbadaa nuuf affeeri)

  • @tadeleelsaipaulos4598
    @tadeleelsaipaulos4598 Před měsícem

    I am happy to see our hero and classic artist Abebe Abashu. Long life!

  • @EfremFayisa
    @EfremFayisa Před měsícem

    Maalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ahmedaliyi1330
    @ahmedaliyi1330 Před měsícem

    Wayi sagalee ❤❤❤❤❤❤

  • @user-um3fy8tl4x
    @user-um3fy8tl4x Před 26 dny

    Wow ebifamaa ❤❤❤❤

  • @musedegefe5906
    @musedegefe5906 Před měsícem

    Thank you, Habtish!

  • @Zarato-w9t
    @Zarato-w9t Před měsícem

    🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
    Maqan waqayo haa ulfaatu 😊😊😊

  • @user-to6yv2lt4z
    @user-to6yv2lt4z Před měsícem

    Akkaa dhiirra dubaataan Akkaa,,,,,,,,,,,,Baqaachuura Naama Haa'woshuu

  • @gizuubiyaa-ig9ig
    @gizuubiyaa-ig9ig Před měsícem

    Wow Waaqayyoo seenaa jijiraaa Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuuu❤❤❤

  • @hamza-qt3zi
    @hamza-qt3zi Před měsícem +2

    Mana muziqaa abbaa gadaa walaahii ababbaan arras yo dhufee jagnaa hunddiyyu hinbeekuun

  • @Lalotaye
    @Lalotaye Před měsícem

    Eebbifamaa ❤❤❤

  • @bakrijemal570
    @bakrijemal570 Před měsícem +1

    Habtaamuu weellisaa Abdishuu ammahaa bakka inni jiru nuuf barbaadi fidimee

  • @nebiyougessese
    @nebiyougessese Před měsícem

    Bagaa kan Goftaa Yasuus taatee. Hojiinkee hundinu namaa gamachiisaa. Bless you two guys.

  • @user-yk5rw6rs9x
    @user-yk5rw6rs9x Před měsícem

    Wow nama waaqayyoo farfannaa isaatiin ebbiffameera ebbifami ❤❤❤❤

  • @TuristShibiru
    @TuristShibiru Před měsícem

    Waa'e sirbbichaa dhisaa maaloo.

  • @DarartuTebasaD
    @DarartuTebasaD Před 10 dny

    Ameen ebbifama 🎉🎉

  • @AbdieT
    @AbdieT Před měsícem

    Galatoomi Abbabaa koo

  • @tilahunbizu23
    @tilahunbizu23 Před měsícem

    Abbee waaqayyoo daddabalee sii haa ebbisu. Ayyanni kristoos Iyeesuus ammas siif haa baay'tu. Jireenyi barabaraa Iyeesuus kristoos qofa. Kottaa gara isaa, du'a jala ba'a

  • @feyissalemessa5180
    @feyissalemessa5180 Před měsícem

    Abbee, aboo waaqayyo si haa eebbisu dabalee daddabalee

  • @FaaruuWaltaaneet
    @FaaruuWaltaaneet Před měsícem

    Waaqayyoo keenya dhugumayyuu Waaqayyoodha. Kan akkas ol waaqa irra gad lafa irra hin jiru
    Maaloo abbee koo
    Jaalalli kiristoos keessaa koo guubeetu
    Iyyi nan jedhaa
    Iyyees hin qufu isa jedhu
    Remix nuuf godhimee
    Uuffeeee sagaleekeef simboo sirra jiruuf

  • @musedegefe5906
    @musedegefe5906 Před měsícem

    Voice production through neuromotor coordination of all muscles involved in phonation was amazing! Umurii dheeraa siif hawwaa! Jiraadhuu..........

  • @desalegnmerga-ru9hs
    @desalegnmerga-ru9hs Před měsícem

    Waaqayyo Bara baraan jireenya keessan haa eebbisu!

  • @Urjiilee-Samiidhaa
    @Urjiilee-Samiidhaa Před měsícem

    Viva! Beautiful show 👍✅

  • @DaveSami-pn4um
    @DaveSami-pn4um Před měsícem

    Eeebbifami Abbe Habtamuu Lamuuu atis galata qabda

  • @wayessaolkaba249
    @wayessaolkaba249 Před měsícem

    Kan nabaasu sifoo'adhera ani!
    Galatoomaa Abebe and Habte!

  • @ahmedaliyi1330
    @ahmedaliyi1330 Před měsícem

    Akkuma sirbaa bareeda sagaleen

  • @user-yb3ub8bq1e
    @user-yb3ub8bq1e Před měsícem

    Ebbifama Dhugaa waqayoo isin haa eebbisu

  • @kumamulessa6440
    @kumamulessa6440 Před měsícem +1

    Hello abtishi abush ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 mn irra

    • @kumamulessa6440
      @kumamulessa6440 Před měsícem +1

      Wow after long time at minneapolis 🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @QaroAbeya-z9d
    @QaroAbeya-z9d Před měsícem

    Naman baay'ee jaalladhuuf,dinqisiifadhu #Abbeeko nuuf jiraadhu.Habtee ko atis galatoomi!🙏

  • @user-jd9vf5tt7x
    @user-jd9vf5tt7x Před měsícem

    Ebbifaama dhugaa

  • @JamilaJamila-uo1lb
    @JamilaJamila-uo1lb Před měsícem

    Uffffff waaqayyo isin haa eebbisu❤❤

  • @ShibiruBacha
    @ShibiruBacha Před měsícem +1

    Woowo Song write Solomon Adunya Essa jirta sol Farfannan ke OBN irrati darba jira

  • @user-od2vs3of1y
    @user-od2vs3of1y Před měsícem

    Haftaamu Qaxalee👍 Nan gammaada
    Waaee Abbaba Abbashuu

  • @muahedkader-eo4qn
    @muahedkader-eo4qn Před měsícem

    የብልግና ፓርት ዎንጌሎች

  • @muletagelalcha765
    @muletagelalcha765 Před měsícem

    Habtee baay'ee natti toltan dhugaa

  • @user-pq5os3nt2t
    @user-pq5os3nt2t Před měsícem

    qaanqee shiw galatoomi namoota qalbbii namoota keessa jiran sirriitti beeytta

  • @user-pv6ft9oj8z
    @user-pv6ft9oj8z Před měsícem

    Maaloo baayye natti tole dhuga. Qanqe show nama jabaa nuufidde. Ebbifami

  • @tarikutemesgen8771
    @tarikutemesgen8771 Před měsícem

    Abbabaa Baga fayite jabadhu. hanga dhumatti dhaabbadhu.

  • @birukhailu1082
    @birukhailu1082 Před měsícem

    WOW...

  • @bachakebede8553
    @bachakebede8553 Před měsícem

    wow habte galatoomi namaa waaqayyoo seenaa isaa jijjiree fakkeenya namaa baay'eef ta'uu nuf dhiyeessitef. Abebe Abbishuu waaqayyoo si gargaare ammas ayaanaa dachaa sif haa dabaluu.

  • @iyasu_birhanu_gichille
    @iyasu_birhanu_gichille Před měsícem

    Eebbifaa Ijoollee Waaqayyoo baga taatani

  • @user-nk8co9gt5m
    @user-nk8co9gt5m Před měsícem

    Wow Wow wow

  • @tamirathaile777
    @tamirathaile777 Před měsícem

    Ufffff..... Yaa waan keenyaa!!!😔😔😔

  • @EfremFayisa
    @EfremFayisa Před měsícem

    Abbe ko my love you animosity seena ko akkamittan sitti himachal bilblbiluma ke Eessaan Argadhaga

  • @Merga-f9i
    @Merga-f9i Před měsícem

    Good

  • @TesfayeAlemayehu-bm9mo
    @TesfayeAlemayehu-bm9mo Před měsícem

    HABTEE DHUGAA ANI BAAYYEEN SI JAALADHAAM .

  • @TuristShibiru
    @TuristShibiru Před měsícem

    Amen

  • @bijebibe3548
    @bijebibe3548 Před měsícem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbuyyeeeeeeee....sijaallannaaa jech.tu nutt hirrataa 😢

  • @bijebibe3548
    @bijebibe3548 Před měsícem

    Dur yommuun sagalee Akka aannanii sirraa dhagaa turee sagalee kkee kana faarsaaf hawwaan turee 😅❤❤❤❤❤

  • @user-vi3hv4vz2l
    @user-vi3hv4vz2l Před měsícem

    Wawooo nuuf ebbiffamaa

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa1415 Před měsícem

    Abbee ❤❤❤❤ irraa jaallaatamaa namaa! Long life

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan Před měsícem +1

    Seenaan ture kan nama onnachiisuu dha.Fayyinni ILMA WAAQAA IYYASUUSIIN,ISIN argate Na haa argatu.

  • @urgessasoressa
    @urgessasoressa Před měsícem

    Nama Waaqayyoo ta'uun waan baay'eef nama fayyada, Jireenya har'aafis booriifis abdiin isa keessa jira. Baga jiraattee, ammayyu jiraadhu!!!

  • @user-sb8lf3ei2u
    @user-sb8lf3ei2u Před měsícem

    ameen ameeen eebifamaa lamman keessan iyyuu

  • @elemobayeta5794
    @elemobayeta5794 Před měsícem

    Ebbifami

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 Před měsícem

    Artist Ababaa Abishuu goototaa keenya keessaa isa tokko. Jaalatomoo keenyaa baga nuuf jiraattee maatii horatee. Waqayoo isiniin haa eebbisuu.

  • @johnkemu4837
    @johnkemu4837 Před měsícem

    Nama ani bayyee bayyee onnee Koo irraa jaaladhu he is King's of guitar really.

  • @ShibiruBacha
    @ShibiruBacha Před měsícem +1

    Ajab

  • @GeremaKetema
    @GeremaKetema Před měsícem

    ''Digirii 180 n naanna'e'' baga gara gooftaa isa si jaallatuu dhufte Galatoomaa❤

  • @misganaadugna5472
    @misganaadugna5472 Před měsícem

    Galatoomi Habtee !! Qaxalee keenyaa, hedduu media bokkuu nu bohaarsaa ,seenaa dhaloota barsiisaas waan jiruuf ulfaadhu. Far. Abbee baga jiraatte.

  • @ethiovoice8495
    @ethiovoice8495 Před měsícem

    My old friend Abebe Abashu. Bagaa jirate.

  • @EfremFayisa
    @EfremFayisa Před měsícem

    Naalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před měsícem

    ❤❤❤

  • @Dadhii-c8m
    @Dadhii-c8m Před měsícem

    Ameeeen

  • @user-nb3fi4ts6z
    @user-nb3fi4ts6z Před měsícem

    Ammeee ❤❤❤❤

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz Před měsícem

    ❤❤❤❤

  • @GameOleka
    @GameOleka Před měsícem +1

    King of music and guitar

  • @abebaararsa8171
    @abebaararsa8171 Před měsícem

    Ulfina biyya lafaaf harka rukuttaa biyya lafaatin gonguma wal bira qabamee hin ilaalamu kan waaqayyoo Halle hallelujah hunduma akka bishaan yaa'ee darbuu isa dabarseef jaalalan jireenya bara baraatiif isa nu kaa'eef yesus kiristoosiif Galanni Guddinni uqubaan bara baraan haa ta'uu Ameen
    Eebbifamaa kanuma caalatti Ayyaanni Gooftaa isiniif haa bay'atu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼

  • @adugnafetena618
    @adugnafetena618 Před měsícem +1

    Abaaba abushee

  • @bonsaabdeta8689
    @bonsaabdeta8689 Před měsícem

    Inni kana godhe Yesus haa ulfaatu.Eebbifami!

  • @abdiitoubi
    @abdiitoubi Před měsícem

    Ababaa Abiishu nama akkan jaaladhu waleen isaa natii toluu dhugaa rabbii

  • @kedirahmed8929
    @kedirahmed8929 Před měsícem

    Abbabaa Abbishuu

  • @faayoofaayee2657
    @faayoofaayee2657 Před měsícem

    Amma Aabbitoo Kabbadaa Fufaa nuuf fidi!

  • @DerjeBekele
    @DerjeBekele Před měsícem

    Weeluun kee hangaa ardhaatii anaaf addaa

  • @bedasakabeta355
    @bedasakabeta355 Před měsícem

    ARTISTI ABBABAA SIIN JEDHA NAMNI!!