JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 1. 07. 2024
  • Farfana Afan Oromo 2024, Faarfannaa haaraa 2016, oromo gospel song, oromo Protestant Mezmur 2024, faarfannaa afaan oromoo haaraa 2023, faarfannaa durii, oromigna mezmur, oromo mezmur, Faarsaa Haaraa 2024, Addisuu Waayimaa, Faarsaa afaan oromoo durii,
  • Hudba

Komentáře • 486

  • @MulunehGudeta
    @MulunehGudeta Před 9 dny +58

    Namaatti tola

    • @Tamagn
      @Tamagn  Před 9 dny +10

      Galatoomaa Father 😀😀❤️❤️❤️

    • @amsaluhabte876
      @amsaluhabte876 Před 5 dny +1

      Tebareke yene wede wendeme.....🙏

    • @SifaanMuluneh
      @SifaanMuluneh Před 5 dny +3

      For me allso brother 🤭😄😄😄​@@Tamagn

    • @SifaanMuluneh
      @SifaanMuluneh Před 5 dny

      My brother 😄😄😄

    • @EnduLamesa
      @EnduLamesa Před 2 dny +1

      Wow farfana hin qufaamne🎉🎉🎉🎉

  • @user-ji9li8lr4z
    @user-ji9li8lr4z Před 7 dny +30

    Farfannaan kun foonif lafee koo keessa dhangalun na gammachise eebbifamii nama waaqa!❤❤❤

  • @marti6827
    @marti6827 Před 8 dny +19

    Waaqayyo abbaan koo dachaa si haa eebbisu eebbifami Ayyaana isa sif haa baay'iisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤baay'ee namatti tola🙏🙏🙏🙏🙏

  • @solomonasfaw1
    @solomonasfaw1 Před 8 dny +17

    Ulfinni kan Yesuusi!! Eebbifami Waaqayyo Gooftaan si haa eebbisuu 🥰🥰🥰

  • @CaalchiseeBaacaa-wk1zw
    @CaalchiseeBaacaa-wk1zw Před 8 dny +15

    Wwwwwwoooooo waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama Eebbifama nama waaqayyoo
    Kana farsaan bayyee ❤❤❤❤❤❤🎉

  • @helugjoy81
    @helugjoy81 Před 6 dny +15

    ተባረክ , ቋንቋውን ባልናገረዉም አምላኬን ሰለማወድስ , እየሰማሁ አብሬ እዘምረዋለሁ, ግን በአማሐረኛም ብትዘምረዉ አብዛኛዉ ሰዉ ፈጣረዉን አብሮ ይወድሰበታል

  • @begrateful5112
    @begrateful5112 Před 9 dny +5

    A rising singer! Keep it up shining!

  • @yordehlakew648
    @yordehlakew648 Před 8 dny +12

    ታማኝዬ ተባረክ🙏🏾 and an amazing መዝሙር🔥🔥I couldn’t stop listening i’m sure many others the same.🔥🔥🔥🥰🥰

  • @oleraregasa4806
    @oleraregasa4806 Před 8 dny +5

    Ajab yaa jabaa koo! stay blessed bro

  • @Almaz-dy1dw
    @Almaz-dy1dw Před 7 dny +12

    የሚገርም ድምጻዊ ነው. ተባረክ ልጄ.
    የማይጠገብ መዝሙር.
    ጌታ አብዝቶ ዮባርክህ🙏🏾🙏🏾🙏🏾

  • @yeshibedada6087
    @yeshibedada6087 Před 8 dny +10

    እፎይ ነብስን የሚያረሰርስ ወንድሜ ባንተ መዝሙርነብሴ ረሰረሰች ጌታእየሱስ ክርስቶስ አብዝቶ ይባርክህ እሰይእልልልልል ሃሌሉያ 🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💒💕💕💕💕💕💕💕💕💕♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @almaz8781
    @almaz8781 Před 8 dny +13

    Ayyanni waqayyo hafe sirraa hajiratuu ❤❤❤🙏🙏✅✅✅

  • @helentasew5367
    @helentasew5367 Před 8 dny +7

    Ebbifamii God bless you and your family 👍👍🌷🌷🙏🙏🙏

  • @felmetadame2951
    @felmetadame2951 Před 7 dny +10

    Waaqayyoo Guddaa Si Haa Eebbisu

  • @user-vi9qd1ox8r
    @user-vi9qd1ox8r Před 7 dny +9

    Ameen Ameen ebbifama waqqayoo isin haa ebbifamu,,, abban farfanicha waqqayoo kenyaa haa ulfatuu🌹🌹

  • @KeneniElias
    @KeneniElias Před 7 dny +8

    Ameeen...What a powerful song❤
    God bless you abundantly!

  • @lidiyaalemayehu7610
    @lidiyaalemayehu7610 Před 9 dny +7

    Amen amen farfannaa akkas sii yero dhagefadhuu lubbun koo akkasheen gammaduu Ebifamii ,,,tabarek

  • @elroiytegegn1505
    @elroiytegegn1505 Před 8 dny +21

    I don’t understand the word but I feel holy sprite bless you

  • @BeletuNegera
    @BeletuNegera Před 9 dny +4

    Ebeffami ❤❤❤❤

  • @user-rq2io3rw7g
    @user-rq2io3rw7g Před 3 dny +5

    Uuuuuuuuuuuffffffffeeeeeeee ebifaamaa ebifaamaa nama waqaayyoo goftaan ko dachaa dachaadhaan isin ha ebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-mo8dt3ig1j
    @user-mo8dt3ig1j Před 7 dny +10

    Tame baay ee si jaallanna dhugaa utuu yeroo yerootti nuuf hojjette b nutti tola u are blessed men

  • @shalomTube-dy5bv
    @shalomTube-dy5bv Před 8 dny +9

    ❤❤Blessed 🙌 ameeeeeen Ameeeeeen waaqayyoo Ayyaanna Ayyaanna siif haa Baay'isuu ebifamma

  • @YonasGet
    @YonasGet Před 7 dny +7

    What a song... Waaq si ha Eebbisu Taammee

  • @jimmalenjisa349
    @jimmalenjisa349 Před 7 dny +9

    What an anointed man of God!! May God bless you more and more brother.

  • @begrateful5112
    @begrateful5112 Před 9 dny +5

    Esey esey Amen! My brother in Christ, you are blessed with amazing voice, melody, and message! May God shower you with more heavenly blessings!

  • @user-ji9li8lr4z
    @user-ji9li8lr4z Před 7 dny +9

    Eebbifama nama waaqayyoo baraf umurii kee haa eebbisu!❤❤

  • @barkotbarni2445
    @barkotbarni2445 Před 4 dny +3

    Amen!!!! Hallelujah
    Baay'een ittiin eebbifame!!!🙏😭🙏 Waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbissu. Amma illee Burqaan faarfannnaa mana keetii haa burquu!!!!

  • @hawiimuluneh4922
    @hawiimuluneh4922 Před 9 dny +7

    Ebbiifamii nama waqayyoo goftaan baraaf jirenyaakee ha ebbiisuu🙏🙏🙏🙏

  • @TigistGebresilass-mh6ir
    @TigistGebresilass-mh6ir Před 5 dny +5

    እልልልልልልልልልልልልልልል እስይ ጌታ ሆይ በሁሉ ቋንቋ ስትመሰገን ደስቴዬ ነው❤❤🎉🎉❤🎉ትርጉም በአማርኛ ኮመት ላይ ብታሰምጥልን❤❤❤በብዙ ተባረክ ወንድሜ❤❤❤❤

  • @Dassutti
    @Dassutti Před 8 dny +10

    Every word of this song is so touching. Amazing worship song. God bless you Tamagn.

    • @helenkibrom4031
      @helenkibrom4031 Před 5 dny

      ትርጉም እባካችሁ ጻፉልን በየቀኑ እየሰማሁት ነው በመንፈሴ እባረክበታለሁ

  • @DaraartuMucaaYesus
    @DaraartuMucaaYesus Před 9 dny +6

    AMEEEEEEN AMEEEEEEN
    AMEEEEEEN AMEEEEEEN
    AMEEEEEEN AMEEEEEEN ❤
    Ayyaani Waaqayyoo siif haa baay'atuu obboleessa koo ❤🙏🥰

  • @ZinabuAbdisa
    @ZinabuAbdisa Před 5 dny +4

    Uuuuuffeeeee Man of God, I haven't any word to express your everything. Eebbifami Tame. Manni guutuun dhaggeeffannee quufuu dadhabe,ittis eebbifamneerra.

  • @Astertemesgen12
    @Astertemesgen12 Před 8 dny +8

    Yeroo baay'ee faarfannaan ati faarfattuu faarfannaa durii dha BTW Hafuurra keessa galtee waaqeessitta Gooftaan si haa Eebbisu❤️‍🩹😊👏

  • @adisuewunetu7638
    @adisuewunetu7638 Před 8 dny +6

    God bless you more and more Temish!

  • @waqqayooifaakotiwaqqayooif8228

    Uuuuuuuufffee Waqqayoo bara fi jireenyaa keessan yaa ebbisuu ayyanna isa isinnif haa bayisuu goftaan ebbifama ❤❤❤❤

  • @atijennanmaaltu315
    @atijennanmaaltu315 Před 2 dny +3

    Waqayyoo inni sagale kana fakkaatu siif kenne haa galateffamu maqaa yesuusin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jaalalaa
    @jaalalaa Před 8 dny +6

    Nuuf jiraadhu jabaa koo! waaqayyo bara kee haa eebbisu

  • @genetghelatu4658
    @genetghelatu4658 Před 7 dny +43

    What a beautiful voice this Brother has. One of the best voices I've ever heard. And he uses it for the Glory of our great God and Savior Jesus Christ.

  • @genetghelatu4658
    @genetghelatu4658 Před 7 dny +9

    Faarfannaa fi ibaadaa guutummaatti bareedaa!!! Haleeluyyaa!!! Galata hundaaf kan malu si qofa yaa Gooftaa!

  • @tesfayedida415
    @tesfayedida415 Před 7 dny +7

    Ajab ya jabaa koo!!! Amen.

  • @Daditu-xg6br
    @Daditu-xg6br Před 8 dny +7

    Eebbifamii eebbikee guyyaa guyyaan haa dabalu

  • @user-hj7le7er9x
    @user-hj7le7er9x Před 5 dny +3

    Ameen ameen waqayyoo siha ebisuu
    Ayyaanaa isaa sif ha baayisuu
    Jirenyaa barabaraf siha qophessuu❤❤

  • @BontuBayisa-th8di
    @BontuBayisa-th8di Před 9 dny +9

    Eleelllllllll kan bay'ee ta'ef bay'ee galatefatta❤eeeeellllll

  • @alemituchako8703
    @alemituchako8703 Před 9 dny +6

    May god bless you more 🙏🙏🙏

  • @user-rj2bk6ic1d
    @user-rj2bk6ic1d Před 7 dny +4

    Waqaayo bara ke ha ebbisu❤️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @fordosadanech5309
    @fordosadanech5309 Před 8 dny +4

    Wwwwwwwoo ameen ameen ebafamaaa❤❤❤🎉🎉🎉

  • @jiituuamboofinfinnee9104

    Aja'ab yaa jabaakoo wow 👏👏

  • @malkaaabbaayaadaa3889
    @malkaaabbaayaadaa3889 Před 8 dny +8

    I love this song! The way this guy sings it is awesome. His voice is so attractive that I listen to it repeatedly because of its appeal.

  • @dabalamisgana4115
    @dabalamisgana4115 Před 8 dny +8

    Ulfaadhu Iyyesuus si'iim boqonnaan koo Ameen Ameen Ameen

  • @kiyadavid
    @kiyadavid Před 8 dny +8

    Geta eyasus zamanehen Hulu yebarek zemarewochehe Hulu yebarekalu ante teleyalek ehe tsaga ayewasadebik tam❤❤❤❤

  • @dr.bokaimiru4713
    @dr.bokaimiru4713 Před 9 dny +4

    Eebbifamiin dhugaa!!! Dhaggeffatamuu qabaan

  • @senagedarame
    @senagedarame Před 8 dny +6

    Ebbifama Ebbifama dachan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤uuuffffee dhugaadha Ebbifamii nama kakuu Ebbifamii ❤❤❤❤❤❤

  • @obseatube1719
    @obseatube1719 Před 8 dny +7

    Tame ayyaanni siif haa baay'atu eebbifami dachaa

  • @HawiiGirmaaWaaqayo
    @HawiiGirmaaWaaqayo Před 8 dny +7

    Ammen Ammen Ammen Ebbifamii Ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏

  • @koketikoketi4463
    @koketikoketi4463 Před 6 dny +4

    Ebbifamii Waaqayyoo sii yaa eebbisuu😍

  • @genetiyob7893
    @genetiyob7893 Před 8 dny +8

    Ameeen Ameeen❤❤❤❤ Jabaa Yaa'iqoob Sii Haa Galatu ❤❤❤❤ Eebifamiii Bro💕

  • @VisionFMTube
    @VisionFMTube Před 6 dny +5

    Ulfinni isaa Yesuusi
    Ayyaanni siif haa dabalamu!
    Faarfannaa nama boqochiisu🙏

  • @Dassutti
    @Dassutti Před 8 dny +8

    Waaqayyo heeddu siin haa eebbisu haadhoko. Ayyaanisa Kanaan olitti siif haabaayyatu.

  • @WenduKetema
    @WenduKetema Před 12 hodinami +2

    waaqayyoo ayyanaa sif haa baayisuu ebbiffamii tame hangaa dhummaatti cimsee sii haa dhabuu

  • @bekgm9032
    @bekgm9032 Před 8 dny +7

    Ajab yaa jabaa koo...Eebbifami nama Waaqayyoo

  • @zelalemtesfaye1369
    @zelalemtesfaye1369 Před 8 dny +5

    Waaqayyo barakeefi jireenyakee haa eebbisu!!

  • @mihertabanore1582
    @mihertabanore1582 Před 7 dny +7

    ሁሊፋኒ ኬጌቲ አሜን

  • @HawiDaba-rs6zf
    @HawiDaba-rs6zf Před 6 dny +4

    what a blessed Voice !!! ...your songs are my energizer

  • @ImuMuluna
    @ImuMuluna Před dnem +2

    Ulfaaadhu waaqa koo. Ulfaadhu yesus koo.galanni yesusiif haa ta'u.❤❤❤❤❤❤

  • @user-mm5uh8zx9o
    @user-mm5uh8zx9o Před 19 hodinami +1

    Maloo farfannaa kanaa dhagefadhee qufuu dadhabbee far, jirenyaa namaa boqqochissuu uuuuuffffeeeee Yesuus haa ebbifammuu innii ayyanaa kanaa sirra ka'ee Yesuus yesuuseee haa ulfatuu maqaan kee❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-iz7uq5lw6g
    @user-iz7uq5lw6g Před 6 dny +4

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ajab yaa jabaa koo ❤❤❤❤😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ❤❤❤❤❤

  • @alamneshghada5099
    @alamneshghada5099 Před 9 dny +5

    Wawo ebifamaa nama waqayoo farfanaa isin farfataniti bayeen boqodhaa 😢😢 ebifamaaa goftaan inii ayanaa isinif bayisee ha ulfatuu

  • @helenkibrom4031
    @helenkibrom4031 Před 8 dny +6

    ጌታ ኢየሱስ ይባርክህ፡መታደል ነው ለሱ መኖር ስሙን ማክበር ይብዛልህ በረከታችን ነህ

  • @MulualemBelachew-k5j
    @MulualemBelachew-k5j Před 9 dny +4

    Ene Tebarkebhalhugn Tebarek

  • @demereweyob9418
    @demereweyob9418 Před 8 dny +4

    ታሜ እናመሰግናለን

  • @efamergaofficialpage
    @efamergaofficialpage Před 8 dny +5

    tamam yaaa
    Eebbifamii Tam
    Yeroo darbe Waaqayyo baay'ee nu eebbise Tajaajila keen...
    Eebbifamii

  • @baofenta8893
    @baofenta8893 Před 5 dny +3

    Kun foonii fi dhiigarraa osoo hin taane, ol waaqarrraa hafuura isa jiraataa irraa waraabame.
    Eebbifami obboleessa qaalii❤❤❤❤❤

  • @kennaawaaqayyoo4852
    @kennaawaaqayyoo4852 Před 8 dny +4

    Gabaadhu

  • @genetghelatu4658
    @genetghelatu4658 Před 3 dny +3

    I haven't found anyone yet who can sing this song with such an anointing, thank you

  • @gizeleta3535
    @gizeleta3535 Před dnem +1

    Faarfannaan ati faarfattu baay'ee nama jajjabeessa. eebbifami, barakee hundumaa waaqayyoon qofa faarsaa jiraadhu. 🙏🙏🙏

  • @IteneshEtu-m4x
    @IteneshEtu-m4x Před 11 hodinami +1

    Waaqayyoo sii haa ebbisuu farfanna kuni garaa namaa qabanesa garaa keen haa qabana'uu

  • @tgjesustg2611
    @tgjesustg2611 Před 9 dny +5

    Eleleleleelee haleeeluyyaa eebbifamii

  • @genetghelatu4658
    @genetghelatu4658 Před 7 dny +8

    No matter who you are, where you are in this world, we all need JESUS!!!

  • @mastuukababa6109
    @mastuukababa6109 Před 8 dny +6

    How Amazing Ameen haleluya

  • @Adanokabbe
    @Adanokabbe Před 2 dny +1

    Eebifamii waqayo barafi jirenyaa kee haeebisuu dhagefadhen qufuu dadhabee baayyeen iti eebifamee dhugaa eebifamii gudaa ❤❤

  • @bayisefita5310
    @bayisefita5310 Před 2 dny +2

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamii waqayyoo kanuma calaa Ayyana issa sif haa bayisuuu❤❤❤

  • @jsifiitub2786
    @jsifiitub2786 Před dnem +2

    Uufeee heeduu ittii boqodhee galaniii waqayofii haa ta uuu eebifamiii❤🎉🎉

  • @BontuAmbo
    @BontuAmbo Před dnem +2

    ❤❤❤❤❤bay'e iti ebifame ❤❤
    Ebifami maqa iyasusin baraf jirenya kesan ha ebisu dhuga ayani waqayo sinif ha dabalamu

  • @RahelBiru-qz9jq
    @RahelBiru-qz9jq Před 9 dny +4

    Hallelujah

  • @user-co8js4zt2l
    @user-co8js4zt2l Před 7 dny +4

    Ameeeeenii Ameeeeenii Ameeeeenii Ameeeeenii ebifamaa nama waqayoo barafii jirenyaa kesanii habesuuu ayyanaa isaa isinifi habayisuu dadabalee 🥰📖🙏🙏🙏🙏🥰🥰😁

  • @Shalome235
    @Shalome235 Před dnem +2

    ታማኝ በጌታ ወንድማችን ተባረክልን ትርጉሙ ባይገባንም አቤት በመዝሙርህ መንፈስቅዱስ አረሰረሰን ተባረክልን ይጨምርልህ መስማት ማቆም አልቻልንም ።መቼም የድምጽህ ነገር አይነገር እግዚአብሔር ለራሱ ስለተጠቀመበት ጌታን ስለ አንተ ባረኩት ወንድሜ ። እባክህ ትርጉሙን ብትገልጽ ወይም በአማርኛ በትዘምረው አብረን ገታን እናምልክ ።እንወድሀለን

    • @Tamagn
      @Tamagn  Před 22 hodinami

      🙏🙏
      እሺ ትርጉሙን በአማርኛ እጨምርበታለሁ

  • @user-mm5uh8zx9o
    @user-mm5uh8zx9o Před dnem +1

    ❤❤❤❤Uuuuuuufffffeeee waqayyoo sii haa ebbissuu ebbifammii ayyanichii dachaa sii haa bayyatuu🎉🎉🎉🎉

  • @user-mh9vg8xf5b
    @user-mh9vg8xf5b Před 2 dny +3

    Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebbifamaa ebbifamaa maqaa iyesusn nama Waqayyoo

  • @genetghelatu4658
    @genetghelatu4658 Před 7 dny +6

    This video I watched this video so many times I have lost count Glory to my Jesus My Jesus bless you from Heaven.

  • @mitikubadasa4431
    @mitikubadasa4431 Před 9 dny +5

    Ameeeeeeeeen❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 Před 6 dny +3

    Uuuuufff waqaayoo baraaf jirenyaa keessaanii haa ebisuu maqaa iyesuni Ebbifaamaa ❤❤

  • @genetiyob7893
    @genetiyob7893 Před 8 dny +5

    Uuuuuffffeeeeee Abdii Guutuudhan Kana Sii Eegatani …………………🙏🙏❤❤😇😇

  • @workuhoma7282
    @workuhoma7282 Před 8 dny +4

    Rabbi siyaebesu!!!.

  • @berekettizazu5919
    @berekettizazu5919 Před 4 dny +2

    Dhageeffadhee quufuun dadhabe. Erga gadhiifamee jalqabee kunoo amma harraatti dhaggeffachaatuman jira. Gooftaan koo sii haa eebbisu kaa.

  • @useruseruser4931
    @useruseruser4931 Před 9 dny +5

    Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeeen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @chanyalewalga1417
    @chanyalewalga1417 Před 9 dny +4

    Halle Luyyaa Eebifamii

  • @KenachalaKenaol
    @KenachalaKenaol Před 12 hodinami +1

    Akkanatti tasgabiin faarfatama Waaqayyoo waaqa tasgabbiiti hoo!! god bless you bro

  • @kiyyaatube401
    @kiyyaatube401 Před 5 dny +2

    Uuuffffee dhaggeffadhee quufuun dhadhabee Eebbifamii Farfattoonnii hundu utuu Tasgabiidhan Hafuuraan Gaggeffamani farfachuu sirraa baranii maal qabaa Waaqeeffanna Hafuuraan waaqeeffatamuu dheeboonnee😢😢😢

  • @yadinyadin3493
    @yadinyadin3493 Před 22 hodinami +1

    Wwwwooooww farafanaa ayana qabu dhuga baqu ebifamaa hafa mali tadha namani martii akanati faraftani bareda ture❤❤❤❤❤

  • @Ruhama2
    @Ruhama2 Před 2 dny +1

    Yeroo amma kana sirbaaf raganni nu rakkiseera!
    Kan barbaadamuu garuu soora lubbuu faarfannaa akka kanati!
    Waaqayyo si haaeebbisuu jabaadhu dhugaa naman baayyee jaalladhudha ati!❤