FiB: Koloneel Gammachuu Ayyaanaa - Dirree Yaadaa (Sep.23,2022) Finfinnee

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 21. 08. 2024
  • FiB: Koloneel Gammachuu Ayyaanaa - Dirree Yaadaa (Sep.23,2022) Finfinnee

Komentáře • 196

  • @lokochala4267
    @lokochala4267 Před rokem

    Ayyuu koo umuri nuuf dheeradhaa warri FIB bishaan keessummaa keessaniif dhii'esaafi

  • @shilimess6487
    @shilimess6487 Před rokem +4

    Hayyuu kenya si jalalaan 💚❤️❤️❤️❤️💚❤️💚💚❤️💚💚❤️💚💚💓💚❤️💚💚💓💚💚💚💚💚💚👍💪👍💪💪💪👍💪👍👍👍💪💪❤️💚❤️💚❤️💚😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @sashod7802
    @sashod7802 Před rokem +3

    Rabii sii ha eguu koloneel Kenya

  • @abdetaedea
    @abdetaedea Před rokem +10

    Nama siyaasaa keessaa Colonel Gammachuu fi Jaal Marroo qofan amana!

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +5

    Sabona dhuga male sobaf hin jilbifane nuf jiradhu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Mootummaan dugdaa laftis irkoodha haqaa haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb

  • @yusufsufiyan8316
    @yusufsufiyan8316 Před rokem +1

    Koloneel gamachuu waggaa 1000 jiradhuu

  • @butuchawado5161
    @butuchawado5161 Před rokem

    Koloneel Gammachuu Ayyaanaa murataa Kutataa Abbaa Dhugaa Hayyuu buli Nuuf jiraadhu Hamtuun sihaa lagattu 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @imranramadan924
    @imranramadan924 Před rokem

    Nuf jabadha qaaqaliwan kenyaa oromo

  • @dadartubeash8558
    @dadartubeash8558 Před rokem +3

    Ayaani Orommitichafi Oromoo Gidiraa Fi Rooroo Yaroo Dhertuu Bodaa Bagaa Rabbin Nagaayaan Ummaata Kee Kan Qabisooyiteef Waliin Walii Sii Garisisee Anaa Dhufuu Janee

  • @bontuuambo3424
    @bontuuambo3424 Před rokem +2

    Fib dhugaa akkan itti issin haa eguu❤️💚❤️💚✌️✌️

  • @nouraabdulla8365
    @nouraabdulla8365 Před rokem +6

    FIB ijaa fi gurraa ummata isiin abdannaa isii jaallanaa❤💚❤✊🙏

  • @dagnewakjira7377
    @dagnewakjira7377 Před rokem

    Kolonel Gammachuun waggaa 20 har'aa illee waayee Saba keenyaaf qofaa isaaniif qabsaahaa Turan! Aarsaa gurguddaa kaffalaa Turan ganna 1000 nuuf haa jiraatan!

  • @adeyb2990
    @adeyb2990 Před rokem +7

    Leencaa saba Colonel Gaammachuu Ayyaana❤️💚❤️✊🏾✍🏾

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +3

    Waroni FIB TIS GALATOMA

  • @obseegudeta4765
    @obseegudeta4765 Před rokem +1

    Fib Abdi oromo fi oromiya jabadha waqayo sin waali hatu 💔💚💔

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +4

    Jaal gemachu Ayana WELCOME

  • @jimabadada806
    @jimabadada806 Před rokem +3

    💯💚💚bagaa oromo tatee sanyii gotaa

  • @bultifayissa1342
    @bultifayissa1342 Před rokem

    Galatoomaa FIB. Galatoomaa Kolonel Gammachuu. Baga Nagaan mana hidhaatii baatan, Kolonel! Waaqayyoo isinii wajjin hata'uu.

  • @ahmedbarentou2676
    @ahmedbarentou2676 Před rokem

    Nuf jiraadhuu jiruu kee hawaa abbaa haqaa abbaa koo Wagga Kuma naf jiradhuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    ABO walumaan deemsis milkii deemsis yaannis waraanaa hojiidha

  • @abdulhaakimumar1401
    @abdulhaakimumar1401 Před rokem +4

    Baga nagayaan dhuftan goota keenya ❤💞💞👍🙏

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Qalbiinis waraana qabeenyaa Uffaataagzx filannoon 2013 maalif hannee

  • @tesfayemidega4887
    @tesfayemidega4887 Před rokem

    Oromoon Kaayyoo ABO hin fudhanne oromoo miti jechuun sirrii miti.Ilaalchi siyaasaa fi sabboonummaan oromoo addaani waliin hin borcinaa. Oromoon saba bal'aadha. Gareen siyaasaa ABO deeggaru immoo parsantii xiqqaa ta'uu danda'a. Ilaalcha ABO hin fudhatu jechaan oromummaasaa gane jechuu miti.

  • @abdulcartoonfunny
    @abdulcartoonfunny Před rokem +1

    FIB ijaafii gurra ummata oromoo nuuf jiraadha hojiin keeysan namatti tola maashaa allaaha haaluma kanaan itti fufaa.

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před rokem

    Coloner kenyaa waqayyoo Humurii kee nuf haa dheresuu ❤️❤️

  • @gamachubeyena2628
    @gamachubeyena2628 Před rokem

    Col. Gamachu Ayaana Galattomaa faayaa nuu fee taaye uremes nuu dheradhu thanks.

  • @Truth_affairs
    @Truth_affairs Před rokem

    Jachi kee humna qabaa. Everytime a qoutable speech you got there

  • @amel2941
    @amel2941 Před rokem +6

    ጀግና ነህ እረጂም እዲሜ❤

    • @bontuuambo3424
      @bontuuambo3424 Před rokem +1

      አሚን ❤️💚❤️

    • @hey1232
      @hey1232 Před rokem +1

      @@bontuuambo3424Amennnnnnn♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @belisaketebo3711
    @belisaketebo3711 Před rokem +2

    Miidiyaa haqaa atis, jiraadhu Mubaarik

  • @hey1232
    @hey1232 Před rokem +1

    Lenchaa Kegaa May God Bless You & Protect You From All Evil Eyes AmennnnnnnAmennnnnnn Amennnnnnnnnnn🙏🙏🙏♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 Před 9 měsíci

    Gammeekeenyaa jabaa jaallatamaakoo❤🎉❤🎉❤🎉

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +2

    An ha dhufu yoya amale yoya

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Manni murtii ida'amuun hawaasaa jechama Addee Xayyibaa Hasan Eegumsaa nyaataanis haqaa Eegumsaa

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před rokem +2

    Woww baga nagan dhuftan

  • @nayimaabdulla6773
    @nayimaabdulla6773 Před rokem

    Wowww Mashaallaa bayee namatti toltu jabadha fib kenya sagalee umata haqa dubatu kan amnatiin adda hin qonee

  • @alemmimi9275
    @alemmimi9275 Před rokem +1

    Yooyaa FiB ijafi guraa Umataa

  • @WolloCheffaaRoobit
    @WolloCheffaaRoobit Před rokem +1

    OROMO tokko tahuu feessisa dirqama dhagahi dhahe ❤🙏

  • @zenebhaseen6119
    @zenebhaseen6119 Před rokem +1

    Jalatamaa koneenal gamachuu ayyanna ani haa dhufu

  • @belisaketebo3711
    @belisaketebo3711 Před rokem

    Rakkoon Tuulamaa ofumaa nafxanyaa jalatti kufee bar haraqee waliin dhugaa

    • @kallachabilisummaaoromoowa7020
      @kallachabilisummaaoromoowa7020 Před rokem

      Tuulama jechuun qaama Oromoota hundaa ti. Kanaaf,wal tuffachuu fi maqaa wal balleessuun nu hin barbaachisu waan ta'eef,akkas hin jedhin maaloo. Sababni isaa, walumaan Gabroomne,wal taanee Bilisoomna malee,wal facaasuudhaan mitii

    • @negessetujuba
      @negessetujuba Před rokem

      tuulamaa lafa gaafattee dhabdee leencakoo tuulamni hin komatamuu gama hudaanuu,

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Před rokem

      Mattii naaf ta ii

  • @jimabadada806
    @jimabadada806 Před rokem +2

    Fib gudaa galatoma

  • @jishadesalegn9349
    @jishadesalegn9349 Před rokem

    OROMIYAA KUTUU HIN JEDHAMU! Galatoomaa Koloneel.

  • @9gydrurys35
    @9gydrurys35 Před rokem

    gootaa koo,bayyeen,sii,jalalaadha,lubukoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😙🥰🥰🥰

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 Před rokem +1

    FIB very balanced media for all 👌

  • @solaanabbabiyaa9666
    @solaanabbabiyaa9666 Před rokem +1

    Galatoomi kr gammachuu 🙏🙏🙏🙏❤️💚❤️💚❤️💚❤️💯💯💯💯💯💯💯

  • @fireederesaafireederesaa3513

    Leecaa Oromoo.nuf jiradhaa ❤💚❤

  • @ahmaduumuhammed505
    @ahmaduumuhammed505 Před rokem +1

    Nama dhugaa dubatu Koloneel Gammachuu Ayyaanaa ❤️💚❤️

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 Před rokem +3

    YOOYAA FIB Koloonel Gammachuu Ayyaana, hidha bahani ijo???????

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Před rokem +4

    Fib guddaa guddaa galatoomaa jabadhaa ❤💚❤💯
    Translate to English

  • @allinonerobera1605
    @allinonerobera1605 Před rokem +1

    Col.Gemchu Ayana nama garmale bilchata ,yadda saba oromo tokko taasisu qoofa haasawu,nama namusaaf hassa diplomaasi qabudha. Nama akkanaa oso gara hogansaati dhabni fidee tari addadumaa siyaasa qaamoita biraa waliin jiru hikuuf fala ta'u danda'a.

  • @saabaanboonaailmawallo509

    Baga ngy rabbiin sibaase

  • @Shaanqqo
    @Shaanqqo Před rokem

    Yaa rabi kollooneelli Gamachu nuufi eegi

  • @theconfusedoromo5361
    @theconfusedoromo5361 Před rokem

    thank you sir

  • @abatefulaskelecha8857

    Qophii bayyee garii ture, odeeffannoo hedduu argatedhda!

  • @AnasoReliableNews
    @AnasoReliableNews Před rokem

    G.A oromon kabajaaf jaalala guddaa siif qaba🙏🙏❤❤❤❤

  • @reediuu953
    @reediuu953 Před rokem

    FIB Nuf jiradhaa Aferaan kessan bayy'e namati tolla

  • @abuhaakim1116
    @abuhaakim1116 Před rokem +3

    Leenca namaa ❤️❤️

  • @habshababa695
    @habshababa695 Před rokem

    Wwwwww bagaa rabbin kaani siiy gahee 🙏🙏🙏🙏

  • @aminarfati8941
    @aminarfati8941 Před rokem

    umrii dhertuu isnif hawaa

  • @abuhaakim1116
    @abuhaakim1116 Před rokem +4

    Gammachuu ayyaanaa ❤️😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @sorumaoli6753
    @sorumaoli6753 Před rokem +1

    Nama jaba

  • @solomonfakadaragasa9204

    gazixxeessaa keenyas midiyaa qopheessitotas guddaa galatooma

  • @toureshafi1197
    @toureshafi1197 Před rokem +1

    Shafi Abouker

  • @abatefulaskelecha8857

    Jaal Gammachuun galata fi kabajaa guddaa qabu!

  • @Truth_affairs
    @Truth_affairs Před rokem

    sofaa irra taa'e sana qulqulleessa maalo

  • @bekamafekadu8314
    @bekamafekadu8314 Před rokem +2

    Welcome

  • @muluhwase3054
    @muluhwase3054 Před rokem +1

    You are our hero we are so so proud of you

  • @muraadmohammed6006
    @muraadmohammed6006 Před rokem +2

    Welcome leenca koo 💓 💖 💗 😘 💛 💕 💓 💖 💗

  • @obseegudeta4765
    @obseegudeta4765 Před rokem

    Baga nagani dhuftani

  • @nurigofore3949
    @nurigofore3949 Před rokem

    Kan bara 150 mitti yeroo ama kanati ilman nafaxnyoota nannnoo amara irra dhufani ummaata keena Ajjeesaa hin jiran waa.ee jira maal jeetan

  • @belisaketebo3711
    @belisaketebo3711 Před rokem

    Yeroo minilikiin Arsiifi Harargeen lolu Isa waliin haraqee dhuguu

  • @oromummaanfaaya6161
    @oromummaanfaaya6161 Před rokem +2

    My Hero

  • @bejigakwari5700
    @bejigakwari5700 Před rokem

    Beekaa ilma sabaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! nuuf jiraadhu

  • @desistuutube3083
    @desistuutube3083 Před rokem

    Umurii nuu dheradhaa💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @revolutiontube2383
    @revolutiontube2383 Před rokem

    Dhuguma Jaal Gammeen Leencaa.

  • @adeyb2990
    @adeyb2990 Před rokem +2

    FIB galatoomaa🙏

  • @TajirShow
    @TajirShow Před rokem

    Jabaa keenya!

  • @solomonfakadaragasa9204
    @solomonfakadaragasa9204 Před rokem +2

    i really respect him

  • @sefujihad1576
    @sefujihad1576 Před rokem

    Goota ija barbadaa kolonel gammachuu Ayyaanaa umrii nuuf dheeradhu

  • @mahamadusman7521
    @mahamadusman7521 Před rokem +1

    Mashaa Allha

  • @kumeraterfakitila2926

    Really proud of you colonel Gamachuu Ayyaanaa, u r our heroes!!!

  • @belisaketebo3711
    @belisaketebo3711 Před rokem

    Nama Akka Goobana daacee fa'a laalaa Tuulamaafi Maccaa dhufee

  • @fatemahali5304
    @fatemahali5304 Před rokem

    Kormaa koo buli ❤

  • @ahmedabate2838
    @ahmedabate2838 Před rokem

    Dhugaa jette koloneel

  • @kameloro6025
    @kameloro6025 Před rokem +1

    Wel come fib

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +1

    WELCOME

  • @biresaderessa1802
    @biresaderessa1802 Před rokem

    Goota Oromoo jiraadhu.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem +1

    Beekumsii hundee Eegumsaa ilmaan garaa dubarttoonnii amaana kanaaf mootummaan birumatti arginaan jechama mallaszenawii ija abbaan hin beekne Saamoraa hiyyummaa har'as diina minikiin karatti hafee/nee of Caqasii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Ida'amuun ijaarsa Dr Abiyy Ahmed Ahmed yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana dhibeen Emergency Medical Doctor Doctor wal'ansaa kanaaf dhoksaa hayyuun dhageeffatu qabsoo Lammii Beenyaa gurriis waraana Eegumsaa

  • @nahimii1senna240
    @nahimii1senna240 Před rokem

    Oromia was forcefully annexed to a neighboring country Abyssinia at the end of the 19th century during the scramble for Africa. It was once an independent sovereign nation which has, since the annexation, been occupied by foreign powers and inevitably needs to regain its freedom.
    INDEPENDENCE NOW & INDEPENDENCE FOREVER WITH ALL MEANS NECESSARY THAT MILLIONS OF HEROES AND HEROES SACRIFICED AND SACRIFICING THEIR LIFE RIGHT NOW IN AN HOUR TACT
    No Negotiation on the Independence of Oromia
    No Compromise

    • @Yoye156
      @Yoye156 Před rokem

      dikala gala ezaw madagascarhi hid kebet tenb gala

  • @badriyawarituu5569
    @badriyawarituu5569 Před rokem +2

    ❤💚❤💚❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    ABO harkiis dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis international university injifannoo hawaasaa

  • @sinfulislam474
    @sinfulislam474 Před rokem +4

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gadisejinfesa4504
    @gadisejinfesa4504 Před rokem

    leenca keenya🙏

  • @mulatueticha7506
    @mulatueticha7506 Před rokem +1

    Good interview please think about the Metekel Oromo students

  • @saabaanboonaailmawallo509

    Wel come

  • @Truth_affairs
    @Truth_affairs Před rokem

    FIB waan bareeda hojjacha jirtu. Tik tok banaa short video itti gadhisa. Asis gadhisaati beeksisaa

  • @AhmedAli-bx4ps
    @AhmedAli-bx4ps Před rokem

    Dhugaa 👍

  • @abdituchala6093
    @abdituchala6093 Před rokem

    Colonel Gammachu Ayyana Gudda isin kabijna isin jallanna!

  • @negessetujuba
    @negessetujuba Před rokem

    dhugaadha jabaa namaati