Lafti eenyummaadha. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 11. 09. 2024

Komentáře • 76

  • @Araarsasabu
    @Araarsasabu Před 17 dny

    Ayyaantummaan oromoo si waliin haa jiraatu nuuf jiraadhu qaalii sabaa!!!!!!❤❤❤❤❤❤❤

  • @romanhailu5299
    @romanhailu5299 Před 8 měsíci +1

    Amha**a Mogn meslo deg meslo yewah meslo bilxabilxinetin yabezal ye tesfafinet rehabtegnoch nachewu

  • @romanhailu5299
    @romanhailu5299 Před 8 měsíci +1

    Colonel Gamachu Ayanna Bless your heart long live More Power 2 you ❤❤❤❤❤

  • @hey1232
    @hey1232 Před rokem +1

    Colonel Gamahuu Ayanaa 🥰🥰🥰Man of principle 👏🏽👏🏽👏🏽❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @aberrafita1629
    @aberrafita1629 Před rokem +1

    Ibsi Kolo. Gammachuu Ayyaanaa kenne kun haqa jiru dirreerratti afee agarsiise. Kanaaf Galatoomiin jedhaan.

  • @diribaleta5911
    @diribaleta5911 Před rokem +2

    Gootummaa ,Hayyummaa,dandeettii walii galaa ati qabdu gabaabumatti ibsuun yoonarakkisellee ati library oromooti yoon siin jedhe sitti xiqqaata ko.Gammee baga jiraatte waaqayyo umrii kee nuuf haadheerressu🙏

  • @BekanWakuma
    @BekanWakuma Před rokem +4

    Umurii dheera jiraadha Koloneel Gammachuu Ayyaanaa. sin dhaggefadhee hin quufu.

  • @adinaaneedagaa2414
    @adinaaneedagaa2414 Před rokem +1

    Hayyuufi goonni akkana yakkamee gantuu fi hattuun biyya keessaa utaalan

  • @dabalebonsa1138
    @dabalebonsa1138 Před rokem +1

    What the hero he is! Thank you so much, man of principle!

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    maalummaa......Enyummaa.........Lamummaa......Oromummaa........Abbaa biyyummaa
    itti fufaa.....

  • @hailemichaelsaketa5161
    @hailemichaelsaketa5161 Před rokem +1

    Konorele well come I love you long live

  • @burkakebede9867
    @burkakebede9867 Před rokem

    Jabaakoo umurii dheeraa siif haa kennu yoo gurra qabaataniif sirriitti itti himteetta.

  • @baromosisa
    @baromosisa Před rokem

    Jabaa keenya nuuf bubbuli beekaa nama umurii nuuf dheeradhu Baga itti himte

  • @yegebriellij1832
    @yegebriellij1832 Před rokem +2

    ❤❤❤❤❤laftii kenyaa sammamee nu badiyatii facanee enyuu nuu bekkaa hojetuu manaa kessaree tanee magaalaa finifinee senuu dadhabneee😭❤😭❤😭❤😭❤😭😭😭😭😭😭😭

  • @bultifayissa1342
    @bultifayissa1342 Před rokem

    Galatoomaa Colonel!!! Lubbuu nuuf dheeradha! Waaqayyoo isin haa eebbisu!!!! Galatoomaa OBS!!! Galatoomi Journalist Ayyaanaa!!!

  • @myadesa602
    @myadesa602 Před rokem +1

    Legendary ,educated,intelligent articulate person well historical person

  • @saniialiyyiialiyyii4113
    @saniialiyyiialiyyii4113 Před rokem +2

    Dhira bara fi dhari hin jijire umri nuf dheradhuu lenca kenya

  • @myadesa602
    @myadesa602 Před rokem

    Gamee abba Seenaa abbaa dhugaa beekaa leencaa keenyaa Umurii dheeradhuu

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 Před rokem +1

    Gammeekoo gamessakoo jabaafi jaallatamaa qaalikoo naf jiradhuu lencaa hadhii desse mootikoo 💔💚💔√√√√√√…………

  • @saniialiyyiialiyyii4113
    @saniialiyyiialiyyii4113 Před rokem +2

    WELCOME konolel gamachu ayana

  • @negatuassefa-sz2ln
    @negatuassefa-sz2ln Před rokem +1

    baayyee yaadaa cimadhaa kolonel baayyee galatomi hori bulii

  • @abeexahir2115
    @abeexahir2115 Před rokem +1

    Jiiraa oroomoo laafaraa buuqiisanii kaa qaabirii jiruu laafe isaa qotanii basanii fooqii iratii ijaaratani umaanii amaaraa kanatuu isaan maarache koolener gaamachu ayaan gallatomii akka damaa miofitiibduubiin kee❤❤

  • @ashenafimitiku
    @ashenafimitiku Před rokem +1

    Itti himi dhugaa jiru goota keenya yoo dhagahanif

  • @charakasaye8684
    @charakasaye8684 Před rokem +2

    kol.baay'ee galatooma ergaa gurguddaa dabarsitan namni hundii kana dhaggefate beekuu qaba

  • @JacfarJacfar-il8ex
    @JacfarJacfar-il8ex Před rokem +1

    Jajjabaadhu

  • @GGU900
    @GGU900 Před rokem +2

    akka gaariin ibsite Kolooneel Gammachuu🙏🙏🥰🥰🙏🙏

  • @dhaabaaabedeta6092
    @dhaabaaabedeta6092 Před rokem +1

    Thank you k.Gammachu ibsa bareeda ufi beekuu qabna.

  • @JacfarJacfar-il8ex
    @JacfarJacfar-il8ex Před rokem +1

    Rabbiin umrii dheeraa siif haa kennu!

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 Před rokem +1

    Long live our Hero koronelko

  • @LoveLove-re1dj
    @LoveLove-re1dj Před rokem +1

    ajibaa na tolee dhugaadhaa👍👍👍

  • @misganadandessa5768
    @misganadandessa5768 Před rokem +2

    LEENCAA Keenyaa nuu jiraadhuu

  • @TadesseEtisa-ou1ve
    @TadesseEtisa-ou1ve Před rokem +1

    It is the truth one!

  • @melkamudereje637
    @melkamudereje637 Před rokem +1

    Nama dhugaaf dhalate!

  • @MarrooMedia
    @MarrooMedia Před rokem +1

    Goota Keenya❤💚❤🙏🙏🙏

  • @Gudaan_Rabi
    @Gudaan_Rabi Před rokem +1

    Ulfaadhu koloneel ko

  • @duratiichanal9303
    @duratiichanal9303 Před 11 měsíci

    Bari osuu isn oromiyaa bulchitaan silaa gadheen nuratti hin alibatuu turr amo hin hafuu dhaloonii kuni imaa defataa lafaa saa malif istuu nuoaree dhugaa jetee lecaa koo lefitti lafee kenyaa!!✍

  • @chaliihaile2056
    @chaliihaile2056 Před rokem

    Jabba namaa Long life ❤️❤️❤️

  • @naollemessa3134
    @naollemessa3134 Před rokem +1

    nama hubataa nuti qabnu

  • @ademmisha2840
    @ademmisha2840 Před rokem

    Nama jabaa jechu akkana kunoo nu jiradhu

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa..... Enyummaa.... Lamummaa.... Oromummaa... Abbaa Biyyummaa
    itti fufaa kutaa 9ffaa (9-1)
    Akkaataa moggaafama waan biyya kessaa argamu oromoon maaliif Abbaatti moggaafataa?Laga.....Tuuluu....Raasaa.....Magaalaa fi Baadiyaa.. ....ganda....qayee.....kkf maaliif abbaatti mogaafataa?
    Abbaa Biyyaa hikkaa isaa hubachuuf wanneen akkasii danuu kessaa senanii soqanii malee asosama lalaaqamee barrefamaa jiru fi bakka hin bekkamnetti guramee dhalota kana dhaabsisuu waan hojjatamaa jiru kanneen jiran jaal yoo demamee biyya mitii qayeen ufii abbaa tahuun rakkisaa tahaa jira?
    Abbaa Biyyummaa (.......life time experience of life to the country......)jirenyaa umurii gutuu biyyaaf jiraatan malee biyya irratti jiraatan mitii.
    jirenyaa akka kanaa waan akkam fakkaatu uf-kessaa qaba?Dantaa fi Dirqamaa(rights and responsibilities )Dhuguma bara kana kessaa kan biyya digaa jiru moo biyya ijaartu mul'achaa kan jiru?Bara lafeen utuba biyya tahee gad-baadamee bifa duguggaa sanyii kessatu sanyii Tulammaa irratti maqaa magaalomsuu(Urbanization )fi waarshaa fi jaarmiyaa omishaa gurguddaa (industrialisation )dhuguma waan abbaa biyyummaa itti hikkatamu tahaa?
    itti fufaa........

  • @doritube-20233
    @doritube-20233 Před rokem

    Dhirsa dhira baga itti himte.dubbin hayyu dhama qabdi

  • @LoveLove-re1dj
    @LoveLove-re1dj Před rokem +1

    jarta nu dhugfe finfine mit wallo oromuyyadha

  • @feyissalemessa5180
    @feyissalemessa5180 Před rokem +1

    Colonel GAR
    Jabaa namaa❤🙏

  • @meshbr2761
    @meshbr2761 Před rokem +2

    The best

  • @Gochu1132
    @Gochu1132 Před rokem +1

    Baga Nagaa dhuftee colonel gamachuu ayana.❤👉 First free all oromo political prisoners 👈

  • @LidoMamaye-qs4gq
    @LidoMamaye-qs4gq Před rokem +1

    Galatoomaa Koloneel!

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa....... Enyummaa....... Lamummaa........oromummaa........Abbaa biyyummaa........
    itti fufaa kutaa 3ffaa
    Mee waa'ee gaafa H/Silaasee laataa dhukuba kolonii sana kessaa gorsitotaa seeraa fi barresitotaa seeraa enyuuffaa ?Addabbii fannisuudhaan ilmaan Tulammaa murtii seera enyuu barresen?Miseensoota ABO bara Malesa seera enyuu barreseen haanga murtii du'aa itti kennamaa ture?
    ".........Haaqnii adaan qabnaa funyaaniin dubbataa......"(Mahaadii shekaa).Mee "Sigaa qoraac"Seenaa (dividing and rule)
    kessaa Bal'iina lafa qubsumaa caffee Tulammaa essa irraa haanga essaa?Meshaa koloneffatotaa tahee toftaa kolonii kessaa haaraa isaa xuraawe enyuuffaa ?Amaahraa kan jedhamee enyuuffaa ?Latiinsa hidda dhalota isaanii kam?Afaan "Amaahraa "jedhamu Afaan maalii ?biyya kam kessaa argamaa ?
    "...............Qaamnii qaama hin nyaatu yaa ilmaan Oromoo........."
    Laftii qotee bulaa Tulammaa bara kam kessaa sadarkaa duguggaa sanyiitiin saamamee ?enyuu dhaan ?sababaa maaliif?Maaliif wal-soobuun akkasii barbaachisee?Mee jaallattaniis jibitaniis sangaa FINFINNE haanga bara 1991tti has ilaalnu.
    Aqaaqii ........kootanii biraa(25)
    kaaraaqoree........waarshaa Raphii (7)
    Buraayuu.........balbala Mootaa lenjii Tataq(24)(Karaan kuun waarshaa Askoo irraa jalqabaa lafa qoonaa ture)
    kotabe..........Balbala waarshaa sibilaa kotabe(33)
    Caancoo........bakka Baasuu lakkobsa (30 )itti naanoftu...
    Egaa Afaan dhugaa dubbate dhugaa new hin baddii jedhanii mitiire?
    itti fufaa......

  • @milkiidhugoo3091
    @milkiidhugoo3091 Před rokem

  • @jalabilsumma
    @jalabilsumma Před rokem

    🎉❤

  • @isaqwage
    @isaqwage Před rokem +2

    Galaatomi.!!;;!!!!¡!!!!!!!!!!!!¡!!!!!!!!

  • @atinafmulatu5441
    @atinafmulatu5441 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GadisaFufa-ct5yp
    @GadisaFufa-ct5yp Před měsícem

    Kolonela kana biyyi kun jabeesse utuu qabate gaari turee garuu maal godhuu akkuma taane taamale kan dagatamu hin turre

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa... Enyummaa... Lamummaa.... Oromummaa.... Abbaa Biyyummaa.....
    itti fufaa kutaa 9ffaa (9-3)
    Hiree murtefannaa ummata oromoo Dhibbaa alagaan qoofa osoo hin tahiin dhibbaa fira fi walii irratti illee bilisa taheen malee hikkaa qabaachu hin dandahu.Akka sagantaa siyaasaa ABO kan jalqabaa yoo tahee ".....Haarqota gabrummaa ummata oromoo irratti raraayee hundee irraa buqisuudhaan hiree murtefannaa ummata Dhibbaa takka malee............"Kanaaf Dhuguma yoo dubbatamee sirna kolonii irraa bilisa tahaame ?
    Laftti kan lafee tii ?moo Lafeen kan lafaa tii?
    "........Yaa lafeen siin ufate waan lafa irraa ijaaramte lafatti idahaamtaa......."warra jedhan no sobanii na fakkaate¡¡¡¡¡¡ kkkkkkkkkkkkkkkkkk uhuu
    jettee "........akka midhaan xaaxxesaa ......."
    Waan ajaayibu Enyuu Enyuuf biyya kennu kan dandahu?Enyu Enyuuf Abbaa Biyyummaa kennu kan dandahu?Waa'ee mirga abbaa biyyummaa bira yeroo tahuu namuu walion hin dhibu. Sababnii isaa "Fundamental human rights "jedhaman kessaa tokko waan taheef.
    itti fufaa........

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalumaa......Enyummaa.......Lamummaa.......oromummaa.......Abbaa biyyummaa
    itti fufaa kutaa 6ffaa
    Mee barbaadan "qooree hin hiruu facaasee nama dhibaa "akka jedhamee nana na jedhinaa. Na of-kolchaatii waa'ee Sarree yeroo himamuu waan Sarree tahee hubachuun gaarii tahaa. Sarree binesotaa Dagafaa kessaa jalqabatti kanatti dhihaate. Waan ajaayiba namnii kam iyyuu hubachuu qabu sarreen nama shexaanaan dagatamee addaan baasuu dandesii.Sarreen funyaan waan faggoo jiru afuffate addaan baasuu akka dandahu hubachuu barbaachisaa tahaa.
    Waa'ee duguggaa sanyii Tulammaa irratti raawatamaa jiru haadodii haaguggii qabsoo maqaa ummata oromoo dhaan qabsaawuuf Sanyii Tulammaa duguggaa irraa olchuu hin dandahu.
    waan irraa Abbomamuu ummata oromoo magaalaa Finfinne tahuun waan lafa irratti ture raagaa qabatamaa tahee hubatamu gaarii dha.Haa tahuu malee duguggaa sanyii Tulammaa magaala Finfinne kessaa fi alaatti enyuu dhaan kan raawwate dha kan jedhuu bekkamu qaba.
    "Amaahraa" jechii jedhuu dhugaa akka jedhamee maal jechuu akka tahee hubatamuu barbaachisaa tahaa. Jechii kuun maal wajjiin wal-hidhomina qaba?Enyutuu itti moggaafame?yoom?kanneen jechii kanaan moggaafaman dhuguma lafa irratti jiru?Yoo Afaan Amaaraa kan jedhauu yoo tahee akkuma dhala Oromoo kam iyyuu waan lafa irratti argamu raagaa kan tahuu maaltu jira?Jalqaba Tulammaa bakka kana bakka sana qubachaa ture jedhamee himamuu duraa latii Tulammaa itti qubachaa ture essaa irraa haanga essaa ture?Akka dubbatamee egaa malkaan abbaatti kan yaamamu tahuu isaa hubatame Malkaan waakannaa akkamitti hubatamee?lagnii i dhadhessaa akkamitti hubatamee?
    Waan hundaa duraa mirgaa abbomamaa lafaadubbachuu duraa wanneen mirgaa kana gunfachissn hubachuun barbaachisaa tahaa.Mirga akkasii akkaataa akkamitti horatamaa?goosa(kinds)itti horatan hoo?
    Mee waan biraa kessaa seenuu koo duraa Dubbiin:-
    (1) Biyya
    (2)Abbaa Biyyaa
    (3)Abbaa Biyyummaa
    (4)Mirga Abbaa Biyyummaa
    Dhallii ilma namaa kam iyyuu hikkaa fi egaa jechoota kana osoo hin hubatiin biyya isaa mitii qayyeen isaa illee egachuu hin dandahu.
    itti fufaa..........

  • @Gochu1132
    @Gochu1132 Před rokem +1

    Free all oromo political prisoners ❤❤

  • @edisirajwariyo-rq6jl
    @edisirajwariyo-rq6jl Před rokem +1

    Adaa dhiirti ammallee ni jirtii?

  • @abbabya5560
    @abbabya5560 Před rokem

    ኮሎኔል ገመቹ አያና ሁሉንም በዚህ አይነት ትንተና በማስቀመጥዎ እናመሰግናለን። ከዚህ በፊትም በዚህ አይነት መልኩ ቢነገራቸው ኖሮ ነፍጠኛ ልኩ ይገባው ነበር። በጣም ቅጥ ያጣ ነገር ሲያካሄዱ የኦሮሚያ መንግስት በዝምታ በማለፉ የምኒልክ ሠፋሪዎች ልካቸውን አያውቁም ነበር። ጠያቂውንም ኮሎኔሉንም በጣም እናመሰግናለን። አንድ የጉራጌ ተረት አለ ። . በጣም ብልጥ አትሁን አቅጣጫ ይጠፋሃል ይባላል። ነፍጠኛ ብዙ ብልጠት ይቅርብህ ። ኦሮሚያ ውስጥ ሠላም ከሰጠህን በሠላም ትኖራለህ ::

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    maalummaa......Enyummaa......Lamummaa........Oromummaa......Abbaa biyyummaa
    itti fufaa kutaa 4ffaa
    Egaa Afaan dhugaa dubbate dhugaa isaa hin dhabiin jedhanii mitiire.
    Karaa Aqaaqii......waarshaa worker jedhamuu irraa kaasee(kan amma by data gumruuk)irraa kaasee haanga lagatti lafa qonnaa ture.
    karaa jaarraa qoree......(high school )irraa kaasee karaa Raphii lafa qonnaa ture
    karaa Buraayuu....waarshaa askoo irraa kaasee karaa "Taaxaq" lafa qonnaa ture
    karaa kotabe......waan hundaa irraa olii sadarkaa duguggaa sanyii bakka itti hojjatamee.........kolajii Waajira ifaa durii(civil service college )irraa kaasee lafa qonnaa ture.bakka kana qubatotaa hojjototaa baankii fi waarshaa bishaaniin kan Dhibbaa lama hin gunneetu ture.
    karaa Caancoo....akkuma Tuuluu ol-baatu lafa qonnaa ture.
    walumaagatti Finfinne akka DARGU lalaaqee yoo tahee olaanaa 25 fi gadda 287 ture.booda Uganda gurgudaa tahaanii addaan baasuu haanga gadda 302 akka gahu kan godhee.Asii irratti waan hubatamu DARGU lafa qotee bulaa akka eggate illee kanneen Maqqaa "Democrats "jedhanii ufii yaamamu tiksuu dandahu isaanii ajaayibaa kan tahee.Finfinnee haanga 2014 lakkobsa ummata kessaa jiru takka 5000000 tahee hin bekku. Mee essa irraa kan dhufee dabalatee 10,000,000 irraa olii tahee?Maalumaa duguggaa sanyii akka kanaa?
    Shagar....kkkkkkkkkkkkkkkkkk.Lafa qubsumaa caffee Tulammaa....Mee Dhuguma naaniga Aadaa,safuu,hooda,Afaan, kkf irratt xiyyafannaa osoo hin taasisiin waan tahaa jiru dhugaan sirrii dha? Shagar magaalaa tokko qoofa osoo hin tahiin magaaloota essa irraa haanga essaa akka tahee osoo bekkamu waan tahaa jiru booruu akka gaafatamaa seenaa fi dhalootaa akka godhuus hubachuun barbaachisaa dha.
    itti fufaa.......

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa.........Enyummaa.......Lamummaa.........Oromummaa........Abbaa biyyummaa.....
    itti fufaa kutaa 2ffaa
    jechoota armaan olii tutuuquu yaalee kanneen ibsuu koo duraa waan Baaroo dhaalmaan nutii fufaa jiru fagootti isiiniif garsisuu yaalaa.
    Bara loola Israa'eelotaa fi motummaa Misiir(Egypt ) kanneen haalellaa Far'onii baqaa mala nabaasii jedhan essa kessaa darbanii galaanaa diinaa qaxaamuranii darban?Dogogora isaan dhisanii deman maal maalffaa ture ?enyuu enyuuffaa irratti ?Yeroo Daldalaa ilmii namaa asgaboon jijjiramu daldaltotaa "Atlantic Ocean "irratti turan akkamitti karaa oromiyaa seenuu dandahaan?enyuu dhaan gargaaramanii?Xurreen Daldalaa kun essaa ?maal jedhamaa ture?
    Yeroo Abunootaa fi mamirree "Alexandria "lenjifamanii dhufan karaa kamiin oromiyaa seenan?enyuu dhaan gargaaramanii ?waan ballesan jiraa?
    Bara kolonii kessaa qabsoo bilisummaa Oromoo jalqabamu kessaa Mee Gostii Gimiraa akkamitti lolee ?Abbaa Daanyee (T/Haaymaanotti)Michuu qabaa ture?enyuuffaa ?
    Kan biraa mee haa buluu gaafa dargii loola lafa quotes bulaaf jedhamuu kessaa FAANNOO ilmaan Tulammaa baay'iinaan dhuman michuu dargii tahee hojjachaa ture enyuuffaa ?
    Gaafa Malasee Misensoota ABO mana hidhaatti akka gurraman kessaa qooda olaanaa kan enyuu ture?Dhukuba adda addaan akka werragaman, umurii gutuu akka Waliin jiraatan qooda fudhatee enyuuffaa ?WBO biyya Eritrea kessaa karaa oromiyaa seenuu akkamitti gahaagamu dandahee ?Koora ABO baqataa akka tahuu gahaagamu qabsoo bilisummaa Oromoo kessaa akka umamuu qooda olaanaa kan enyuuffaa ?
    itti fufaa..........

  • @chalataju4889
    @chalataju4889 Před rokem +1

    🤩😍🥰🤩🤩

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa..... Enyummaa.... Lamummaa.... oromummaa.... Abbaa Biyyummaa
    itti fufaa kutaa 7ffaa
    Waan hundaa duraa waa'ee hubannota qabsoo bilisummaa Oromoo dubbachuu duraa Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo maal fakkaataa ture ?kan jedhuun hubachuu gaarii dha. Qabsoo bilisummaa Oromoo umurii amna isaa xiqqesuun itti abbomamuu ykn.Qabsaawota isaa lakkobsa amna qabaachaan middaalu, ykn hirreguun dogogora guddaa dha. Qabsoo bilisummaa Oromoo firii isaan qoofa osoo hin tahiin gadadoo isaa kessaa waan midaalamuu fii. Qabsoon bilisummaa Oromoo qabsaawotaa hubannota akaakuu tokko dhaan gaggefamee akka hin turre namu hubachuu qabu dha.Fkn.Kan qabsoof dadhabee.....kan qabsootti dadhabee....... kan qabsoof jiraatee.....kan qabsootti jiraatee.. ....kan qabsoo kessaa jiraate.......kan qabsoo irratti jiraatee....kkf....hedduu wajjiin gaggefamaa kan ture.Qabsoo bilisummaa Oromoo "Waamicha gaafatamaa hidda guyyaa tokko itti buraaqanii galan mitii.gaddaa fi gammachuu......olo fi gadoo......."kessaa ibsa a fi muranno dhaan waan hirmaanaan ufii fedhiidhaan bakka itti kennanii tahuu isaa hubatamu qaba.
    Egaa hirmaanaan qabsaawotaa sadarkaa adda addaan akka dirqama gaafatamummaa raawatamaa raawwii hirmaanaan isaanii ilaalamu qaba.Gaafatamummaa lakkobsa amna qabsootiin haasaawamee kaadhimuu fi muduun dogogora guddaa dha.
    itti fufaa.....

  • @meshbr2761
    @meshbr2761 Před rokem

    Obs keyna tb

  • @user-qs3fs6iu5x
    @user-qs3fs6iu5x Před rokem

    Lafti Oromia taakkuun tokkitti akka enyuttu (oromo dabalatee) hingurgurane mootummaan Oromia seeran dhorkuu qaba. Qotee bulaan tokko yoo lafa irraa jiraatu gadhiisuun dirqama itti ta'e mootummaan kafatlii keenneefi lafa sana akka gadhiisu taasiduun nidanda'a. Garuu mootummaan Oromia HARROOTA ijaa taateef hammana fageessitee hin ilaaltu.

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa... Enyummaa... Lamummaa.... Oromummaa.....Abbaa biyyummaa
    itti fufaa kutaa 9ffaa (9-2)
    Waa'ee Abbaa Biyyummaa ibsuun waan xiqqoo gabaabdutti "comments "meshaa qunnamtii akka kana kessaa qoofaan waan dhumuu hin taaneef wanneen dhuman biraa irratti waan tokko tokko has jedhu.
    Mirga Abbaa Biyyummaa Biyyota adunyaa kana irratti jiran kessaa 194 kan tahaan sadarkaa akka biyyatti IN kessaa galmefdamuuf kabajan kessaa murtii kuun tokko dha.Maaliif UN Mirga namaa kanaa mirgoota bu'ura dhala nama hundaa (fundamental human rights )akka tahuu murtesee ?Waa'ee dirqama Mirga kana hoo maaliif hin ibsamnee?Akka nada gallee dirqama Mirga kana kessaa haamatamu nama hundaa wal-qixxedhaan dirqama(burden )tahuu waan hin dandenyee tii. Namnii iba isaa hin ilaalne guura isaa hin dhagenyee dubbachuu hin dendenyee yoo dhala namaa tahaan illee kanneen biroo wajjiin wal-qixxeen raawwachu waan hin dandenyee fii. Waan as irratti hubatamu qabu dubbiin tokko jira."Moral obligation ". dirqama akka kana goo new akkamitti raawatama?humna itti dirqifsamu kessaa jira?Mirgii abbaa biyyummaa mirga hiree murtefannaa ummata hin dhorkinee mee akkam tahee danqamu dandaha?
    itti fufaa........

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa.... Enyummaa..... Lamummaa..... oromummaa...Abbaa biyyummaa
    itti fufaa kutaa 9ffaa
    Yaamamu ilma Oromoo taatan yeroo yaada kana barresuu Dhibbaa "cracker "meqqaantamaa na rakkisaa akka tahee hubadhaa. osoo barruu koo baresee hin fixiin kutaa 8ffaa "comment"koo osoo anii hin tahiin makamuu dandahee.kanaaf itti fufaa
    itti fufaa.......

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    maalummaa.......Enyummaa......Lamummaa........oromummaa........Abbaa biyyummaa
    itti fufaa kutaa 5ffaa
    Waan as irratti qalibii dhaan hibatamu qabu waa'ee buqa'iinsaa ummata yeroo dubbatamuu shoot a doksaa maqaa ummataan Daldalaa dhunfaa ijaarachuuf yoo tahee dagatee ummata tahuu hin dandahu.Fkn.Sababa Man a jirenyaa jechuun lafa qootebulaa finfinne fi naannoo finfinne turan enyuu dhaan fudhatame?dhuguma dantaa ummata uf-kessaa qaba?iyyii shiraan haagugamee "Genocide "Ummata irratti raawatamaa jiru balesuu mitii dhaabsisuu hin dandahu. Dhuman kufaatii dargii lafa qotee bulaa kan biraa illee yoo haafaa qarqara lafeen finfinne kessaa jiran madditti hojjatamaa ture enyuu dhaan akka barbaadan godhame ?lafoota qonnaa kutaa 4ffaa kessaa tutuqu yaalee enyuu dhaan saamamee ?Maaliif naannoo qarqara magaala finfinne irratti xiyyafannaa haagugameen yeroo itti fudhachu barbaachise?Dhuguma SHAGAR jechuun naaniga amma magaala Finfinne irratti hojjatamaa jiru dhuguma waan rabbii jaalatu dha?SHAGAR jalqabumaanu essaa?Magaalaa mera uf-kessaa qabaachaa ture?Maaliif Seenaa kana balessu barbaachise?Lafa qubsumaa caffee Tulammaa yeroo jedhamu new essa irraa haanga essaa ture?
    Mee dhuguma Laggeen Finfinne kessaa turan yeroo armaan tana dhuguu fi kessaa dheqachu dhisanii bira itti dhihaachuu dandahaamaa?Enyuu dhaan tahee?Boosana kan magaalaa Finfinne kessaa qoofaan new bakka kam bakka kam akka ture xiqqachu has ilaalnu.
    Akka DARGU qoqqode bosana olaanaa 24 jedhamuu enyuu dhaan mancaawee?
    karaa kotabe (mooraahoorii itti horsisanii)irraa kaasee enyuu dhaan mancaawee ?Waajira ABO Gulallee irraa kaasee haanga magaalaa Burraayutti ture enyuu dhaan mancaawee ?kan biraa has haafu Bulee bakka bufata xiyyaaraa balbala isaa irraa kaasee haanga (Abiyotti Adabaabaay )akka DARGU yaamutti boosana biraa fi mirgaa jiru enyuu dhaan mancaawee ?karaa Aqaaqii bakka waarshaa qoorkee jedhamuu irraa kaasee boosana jiru enyuu dhaan mancaawee ?Haaraa sulultaa enyuu dhaan mancaawee ?Gaara cuqaalaa enyuu dhaan mancaawee ?Gaara ekkaa enyuu dhaan mancaawee ?
    itti fufaa......

  • @saniialiyyiialiyyii4113

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hey1232
    @hey1232 Před rokem

    The 21st Century Adolf Hitler Nefetegaa Abyot Kassaye 👹🔨👉🏽Free All Oromoo OLF Political Prisoners Justice Justice No Justice No Peace 👈🏾❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @kidanuboje150
    @kidanuboje150 Před rokem

    አማር ሂን ጅሩ አማራ የምባል ቤጃ የምባሉ ብቻ

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Před rokem

    Maalummaa..... Enyummaa..... Lamummaa..... Oromummaa..... Abbaa Biyyummaa.....
    itti fufaa kutaa 8ffaa
    Ijoo kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo qabsoo sirna haarqotaa gabrummaa hundedhaan burkutaawu balesuu fi hiree murtefannaa ummata oromoo Dhibbaa takka malee akka hedhamuu murkenasuu akka tahee ifaa dha.Egaa sirna koloneffatotaa Nafxanyaa orthodoxy Judaism dhuguma burkutaawu cacabee jiraa?yoo waan kana hubachuu rakkisaa illee sirna kana kessaa jaarmiyaa hojjii raawachaa sirnichaa haanga caasaa isaa wajjiin dhuguma cacabee jira?Jaarmiyaan sirna kolonii kuun Enyuuffaa ?Caasaaleen isaa hoo?Ummata hirre murteffachu dandahuu kan mataa isaa malee hirre ummata biraa ykn.ummata biyya biraa sarbuu akka hin dandenyee ifaa dha. Qabsoo bilisummaa Oromoo kaayyoo qabsoo isaa akka jedhuttiummata Oromoo dhuguma ummata oromoo tahee akka hirree isaa murteffachuu hoggansa siyaasaa bara kanaa dhuguma mirkanesuu dandahu dha.?Haaguggii sirna koloneffatotaa Nafxanyaa orthodoxy Judaism dhuguma hirree murtefannaa ummata oromoo Dhibbaa takka malee kan jedhuuf dantaa ganamaa mitii?kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo yoo sirna kolonii (haarqotaa gabrummaa )hundeffama irraa (jalatti sararaa)buqisuu taanaan surnii kolonii yoo xiqqaate moggaafama isaa maalummaa.....Enyummaa...Lamummaa....oromummaa.....Abbaa biyyummaa isaa irratti Dhibbaa waan takka hin qabu????
    Egaa akka armaan olii tutuuquu yaalee hubannota jechoota kan akka Biyya......Abbaa Biyyaa.....Abbaa biyyummaa....mirga abbaa biyyummaa jedhuu bifa kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo tion akkamitti ilaalamee ture kan jedhuu ilaalnu barbaachisaa dha.
    Ani akka nama tokko qabsoo ABO qabsoo haaqaa fi dhugaa qululuu dhaan bu'ureffamee fi hundeffamaa amantaa qabu tahee ilaaluu jechii Biyya jedhu hikkaa dimshaashumaan yoo ilaalamee
    ijaarama siyaasaa ummata fi waan heddu uf-kessaa qabu dha.Egaa biyya yoo ummata uf-kessaa qabaate dhuguma oromoon biyya isaa kessaa mul'ataa?New akkamitti mirkanesuu dandahaamaa?Dhallii Oromoo yeroo waa wal-gaafatu lafeen wal-gaafataa maaliif ?ijaarama biyya maaliin utubamaa ?akkamitti dhugomaa ?kkf danuu debisuuf qabsoo gaggefamaa ture malee qabsoo haaguggii sirna kolonii kessaa ummata oromoo akka bitamuu fi saamamuu godhu mitii.
    Abbaa Biyyummaa....(ownership of the country )qabsoo bilisummaa Oromoo abbaa biyya isaa ufii isaa akka tahee mirkanesuu kan gaggefamee malee waligalte hoggansaa siyaasaa akka malee taheen kessaa buqqaawu,,dugugamuu,duguggaa sanyii irratti raawatuu fi kkf.tahuuf mitii. "......Ilmii abbaa malee hin dhalatu......

  • @iamoromonotethiopia3095

    No more hatuu Amara nafxya in oromiya #WBO☮️✊🙏💯❤️ No peace with WBO No peace in so call hatuu Ethiopia

  • @misganamosisa7747
    @misganamosisa7747 Před rokem

    "ተዉ አንቺ ዉሻ ሰዉ ያላሰበዉን አታሳስብ!"

  • @hey1232
    @hey1232 Před rokem

    The 21st Century Adolf Hitler Nefetegaa Abyot Kassaye 👹🔨👉🏽Free All Oromoo OLF Political Prisoners Justice Justice No Justice No Peace 👈🏾❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾