OMN: Qophii Keessummaa Adoolessa 30, 2014

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 21. 08. 2024

Komentáře • 42

  • @hamzaaabduu8153
    @hamzaaabduu8153 Před 8 lety +3

    Wooooow dawwitee fi abdii bayyee galata qabdu .yaanni dawwiteen kase kun yaada ijoodha bayyeen itti yaadu qabnaa nuti ummanni Oromo jedha.isiin lameenu nuf jiraadha gootota keenya umrii nuf dheeraadha

  • @habibanajeeb4572
    @habibanajeeb4572 Před 9 lety +2

    Maashaa Alllah mammagalllan teennaa isiniin boonnaaa jabadhaaaa
    Dawiitee umannii oromo kan sidii bitachuu dadhaban rokkoon ummataa keenyaa jireenyii isanii badiiyyaadhaa
    Ukkamamanii wan jirataniif waee muziqaa essattii argaan tv injiruu ifaan injiruu
    uuuuuuu ummannii keennaa Ukkamamanii in komatiii gafaa ifaattii bahan inshaa allah
    Yadaa keesssaan yokan qophiin keessaan bayyee bayyyee namattii tolaa ittii fifa as a

  • @asantiihusen7690
    @asantiihusen7690 Před 10 lety +1

    Somewhere foreign can teach u a lesson! !!!! Today is today tumours another day. Hadhaa biyaa ormaati jirachudhaafii jetee yoo sodaatesii boruu amoo yoo oromiyaani bilisomitee sodaa tokkoo malee waanii fetee waanii sabaa ketiif toluu dubaata .abshirr saboonaa dhugaa dha dawitee kenyaa. Aattii abdiin amoo abdii oromotaa Omn iraatii qophii fi odduun attii dhihesituu osomaa mi'awuu dhumaa umrii dheradhuu horrii bullii nuffii jiradhuu.

  • @ObasaaEsheetuu
    @ObasaaEsheetuu Před 9 lety +2

    Qophiin kessan haalan namatti tola
    Galatoomaa
    jabaadhaa Waaqayyo sin haagargaaru

  • @muminaetoqiya6346
    @muminaetoqiya6346 Před 8 lety

    dawitee nami ormoo walakan nama ormoo badiyaa jiraata jiruun badiyaa hin beetaa Kanfi sidii bitachuu dadhban

  • @tumsaag.1395
    @tumsaag.1395 Před 10 lety +1

    Long live Dawite! Baayyee si jaalanna.

  • @baareeduubaaleegoobaa644

    Wowowowowowowowowowowwow maashaa aallhaa maashaa aallhaa OMN : Qophii keesaani baayee namati toollaa jabadhaa Dawite sirbaa kee baayee namati toollaa jabadhuu nufii jiiraadhuu yaaniii keeaaani baayee namaa gamachiisaa 100% 100

  • @bmma1766
    @bmma1766 Před 8 lety +2

    heduu nama hawwatu yaa sabbootota teenya qaalii

  • @muminaetoqiya6346
    @muminaetoqiya6346 Před 8 lety +1

    dawete fi adin nama kofisisuu jaabadha isiin jalaa sudi arabiya iraa

  • @haleelaaroorroo5998
    @haleelaaroorroo5998 Před 4 lety

    Just I invited him A music from his Hero workmates ! Like Lagaan Nuyi hiqoodiinaa............, Yaa ijoollee Ormoo koo ........, Marga Bishaan Lagaa....... Ya Hallaattii Barristuu.... Lakkii Bu'i na irraa yaa hinjiraan mataa, yoo hin bu'u jette Summiidhaan si gata, yoom kan mataa qoafa kan hucuu ni jiraa, nuyi irraa fixe jira........ Ka'i yaa ilmaan oromoo... any music knocking out the mentality of Modern Gobena ..............Wayitu, Wayitu ETc..................Yeah !!!!!!! Yeah !!!!

  • @faamiibest1142
    @faamiibest1142 Před 8 lety +3

    Dhugaa dubbachuuf Afaan oromoo dagachaa jiraa Dawwiteen

  • @yasmeenallhaayiimarikii5710

    wowowwww dawitti yaani kee natti tolee ani bee sirbaa kee xinno ta'ee caqasaa naayadadhuu anilee muziqaa basuufi hawii qabaa

  • @datospora5770
    @datospora5770 Před 10 lety +1

    YOU ARE RIGHT DAWITE. BAAYYEE SIRRII, WAAN DANSA ATI KA JETTE HUNDI.

  • @mohandaskaliil5258
    @mohandaskaliil5258 Před 10 lety +1

    Qobbin kessan gariidha jabadhaa nujabeessa

  • @gasjsdhhdhdbd4593
    @gasjsdhhdhdbd4593 Před 8 lety +1

    Ashimm harka funa jiraa yilman orom baay'ee namittii toltanii baay'ee galtommam 😄💯☑🎼🎶🎶🎶🎤🔐

  • @fozuu3ffaa84
    @fozuu3ffaa84 Před 3 lety

    Ayi Abdi kenya Ati OMN KESA BAYU HIN TURE

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před 3 lety

    Omn.
    💓 💓

  • @oromiyaabiyyakooambo545
    @oromiyaabiyyakooambo545 Před 7 lety +1

    Kkkkkkkk Jajabee koo Rabbii si fan ha TAU jabadha

  • @Chloe-cn7bf
    @Chloe-cn7bf Před 8 lety +1

    Dawitee Akaa Biyyaa batee nii galataa hin Hafituu Abdii Rabii walin

  • @haleelaaroorroo5998
    @haleelaaroorroo5998 Před 4 lety

    Please you all are requested to bring this Explosion to our village/home !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před 3 lety

    Dawite.😍😍💓💓

  • @AJ-co7ky
    @AJ-co7ky Před 5 lety

    Who watches Today

  • @mucaakayyoo864
    @mucaakayyoo864 Před 10 lety +3

    Qaphiin keessan gaariidha haluma Jan itti fufa giddunis sirba nu afera

  • @haleelaaroorroo5998
    @haleelaaroorroo5998 Před 4 lety

    Kan Sheekaan Daawwiteedhaan Yeroo Mana hidhaatti isa argu, Daawwiteen booyee ture jedhe, Sheekaan illee baacoodhaaf yoo jedhe iyyuu " Namaan otoo hin ta'iin QABDUUDHAAN waan qabameef " Onnee keesaa dhiirummaan waan dhikkifateef booye natti fakkaata. Look how far he is energetic ! Just for Action

  • @mahmudnegash9950
    @mahmudnegash9950 Před 8 lety +2

    janadhaa

  • @haleelaaroorroo5998
    @haleelaaroorroo5998 Před 4 lety

    KKKKKKKKKKKKKKKKKKKK !!!!!!! Yaa Dawitee !!!!!!!!

  • @samirahabetemam3366
    @samirahabetemam3366 Před 9 lety +1

    Kaanin jedhu Daawite hojii hankee Duran hojeeta turtee sanaa adaan kuteemo ; Anatu sii arguu dhabe ?
    Baay'ee kaniin dhageefachu jaaladhu yeroon dhabuu. ........ Kessayyu oduu duuri kan ati hosti kan godhu ana Daawite mokkonen jette sanaa !!!!!!!!!!!!

  • @kaamilnismaail2170
    @kaamilnismaail2170 Před 7 lety +1

    bayyee namatti tola

  • @maryamalattar8488
    @maryamalattar8488 Před 7 lety +1

    dawitee si jallanna

  • @wayinishetbirhanu6868
    @wayinishetbirhanu6868 Před 7 lety

    Wow dawatii

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 Před 3 lety

    Kkkkkkkk torbanti guyyaa 7🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤

  • @saudiarab6382
    @saudiarab6382 Před 7 lety

    ok

  • @hamzaaabduu8153
    @hamzaaabduu8153 Před 8 lety

    maaloo dawwitee qophii kee san itti fufi bayyee namaatti tola

  • @amiinaamdiisa7398
    @amiinaamdiisa7398 Před 8 lety +1

    kkkkkkkkkkkkkkkkkk bayye namatti tola

  • @ifnaanab4813
    @ifnaanab4813 Před 9 lety +2

    pi

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 Před 3 lety

    🤣🤣🤣🤣🤣

  • @ikramahmed9775
    @ikramahmed9775 Před 7 lety +1

    kkkkkk dawite

  • @asantiihusen7690
    @asantiihusen7690 Před 10 lety +1

    Somewhere foreign can teach u a lesson! !!!! Today is today tumours another day. Hadhaa biyaa ormaati jirachudhaafii jetee yoo sodaatesii boruu amoo yoo oromiyaani bilisomitee sodaa tokkoo malee waanii fetee waanii sabaa ketiif toluu dubaata .abshirr saboonaa dhugaa dha dawitee kenyaa. Aattii abdiin amoo abdii oromotaa Omn iraatii qophii fi odduun attii dhihesituu osomaa mi'awuu dhumaa umrii dheradhuu horrii bullii nuffii jiradhuu.

  • @mucaakayyoo864
    @mucaakayyoo864 Před 10 lety +2

    Qaphiin keessan gaariidha haluma Jan itti fufa giddunis sirba nu afera

  • @mahmudnegash9950
    @mahmudnegash9950 Před 8 lety +1

    janadhaa