Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 5. 07. 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
  • Zábava

Komentáře • 551

  • @user-bi9xz4nm7l
    @user-bi9xz4nm7l Před 27 dny +30

    Thanks! This is a great true story. Indomitable human spirit. Abdissa Aga of this generation. Please publish it as a book. God bless you.

    • @oromoohits4921
      @oromoohits4921 Před 25 dny +1

      Soba akkasii moo nama magganagnadha kahe markatoo lukaan dhaqe😂

  • @user-pc1mp9xy2w
    @user-pc1mp9xy2w Před 27 dny +33

    Dhuga baatiidha Anaaf. Waaqayyo Umurii sif haa dheeressu. Kitaabasaa Eessaa akka Argannu Habte Nuf himi.

    • @eyasusoboka477
      @eyasusoboka477 Před 23 dny

      Jamo 3 Betel jemo congregation dha ni argatta

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no Před 27 dny +10

    Hafteekoo dhifaamaa nafi atii motuumaa garii gartaa jedheenii sijibaa turee nafi jiraadhuu Dr keenyaa nufi fiduukeetifi galaatomii ❤❤

  • @LamaBakala
    @LamaBakala Před 27 dny +6

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Habtisha nu jiraadhu .Dr Inj .Idaalee Abbabaa seenaa aja'iibaadha baga waaqayyoo kee sii gargaare ammale waggaa kumaa nu jiraadhu
    Abdii kutaachuun dhamsaa bollaa qarqaraa nuuf haa ta'uu hundaa keenyaaf

  • @GeleteMosisa
    @GeleteMosisa Před 25 dny +3

    I am in tears😢 while I have hearing this amazing story! Thank you general Habtamu ❤

  • @geriyeworku3494
    @geriyeworku3494 Před 24 dny +6

    Seenaan akkanaa Afaan Oromoon qofa osoo hin taane Afaan jarri dhagahaniin qophaahee jara biras gahuu qaba maal akka raawwatan yoo argan waan hardha isaan irratti raawwatame gatii hojii saanii waaqarraa aragachaa akka jiran baru

  • @BonaGuta
    @BonaGuta Před 26 dny +5

    Hojiin gooftaa adda, Baga lubbuudhaan jiraattee dhugaa kana sabakeef qoodde! Ammallee umuriinkee haa dheeratu

  • @TeshomeDabessa
    @TeshomeDabessa Před 23 dny +4

    Dr.Inj Indale Abebe is Nelson Mandela for Oromoo.You are our hero

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Addee Adanech ija budda iraa nuf ha qabu garaa laftiikooo nuf jiradhuu ❤ yeroo baay'ee hojjidhan Agarsiftaa namummaa kee ❤❤❤❤❤

  • @musamohammed4463
    @musamohammed4463 Před 24 dny +3

    Gocha sukkaneessaa, jechaa hin qabuu Dr. Bagaa Rabbii nama kana sii godhee

  • @leenii694
    @leenii694 Před 26 dny +3

    Miira keessa nama galcha seenaan ati dabarsite! Garuu inni haala sana hundumaa keessatti si gargaaree har'an si ga'e waaqayyo ha ulfaatu ammallee umurii nuuf dheeradhu qaalii namaa❤❤

  • @goldgold-us3bj
    @goldgold-us3bj Před 26 dny +4

    Waqayyoo beekadha umurii dheerraa sif haa keennu rabbii❤😢 yaddaa waraa tigiraa maali nu godhin rabbiitu hundadaa nu bayyisee malee

  • @adisutafari1721
    @adisutafari1721 Před 13 dny

    Waan ajaaibaatii Kun. Short memory Waan taaneef seenaa kana adaraaa olnuufkaa'aa. Dhaloonnis barachuu qaba. Habtish jabaadhu

  • @birrooleemedia7019
    @birrooleemedia7019 Před 26 dny +3

    Dhugaadha kun abjuu na godhe
    Waan Oromoon hin taane hin jiruu lakka guyyaatti kana arguuf
    Namni kun seenaf hafee Oromoof❤

  • @mitikujabo1403
    @mitikujabo1403 Před 16 dny

    Habtish jabbadhii 👍👍 seenaa baayyee Garaa Nama nyattu .... waan hedduun irra baranee❤❤❤ Eebbifamii

  • @ebisabekele3403
    @ebisabekele3403 Před 25 dny +2

    argitee akka itti yesuusiin qabaachuun jireenya ta'e. lafa irratti waaqa irrattis grant nuti qabnu isa qofa. JESUS IS LORD!😍

  • @drfeyissa228
    @drfeyissa228 Před 26 dny +8

    Have you at least get some verification from people like Obbo BEKELE. I couldn’t link some of the dots. Is there some thing fishy?

    • @ebisaturi7445
      @ebisaturi7445 Před 24 dny

      How come a guy with 2 Masters and PhD says “ I’m not speaking tigrigna..” jedha. And even later he said… “Lamaan isaayyuu online barataan jiraa “ jalqaba garuu PhD tokko fixeera jedhe.

    • @drfeyissa228
      @drfeyissa228 Před 20 dny +2

      I also heard him say his book has been translated into 25 languages (Mo’a). He must be either Obama or Mandella. He says his research is the largest in Africa, making me the 25th person in the continent. He also said the prime minister was whipping him. Many people could do that for the PM. This was not work of the PM. It is known that the Oromo people have been suffering oppression, but it is hard to believe this man.

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Waaqayyootuu senna hojeete uuuffeeeee baguma jiarateee 😢😢❤❤ hadhokoo ammas waaqayyoo umurii sifhaa dabaluu

  • @makeyagirsha6329
    @makeyagirsha6329 Před 25 dny +3

    Dhugaa sammuu kootu na dhukkube hiribnii na qabu didee baga rabbiin si hambise 🤲🤲🤲😭😭😭😭

  • @yonasmamobekele293
    @yonasmamobekele293 Před 3 dny

    Wayyooooo Jaal Nadhii Gammadaanis Yoona Lubbuun Jiraachuu danda'a jechuudha😢😢😢😢😢😢

  • @AbdiiSaaba-n5h
    @AbdiiSaaba-n5h Před 21 dnem +1

    Dhugaa seenan kunii baaye tooko gaara nama nyata baga rabiin rakoo Akasii keesa si baase❤❤❤❤

  • @faayiqmahammad650
    @faayiqmahammad650 Před 17 dny

    Akkuma Gaazixeessaa Habtaamuun jedhe, aniis Viidiyoo Ustaaz Raayyaa abbaa maccaa fi Dr.Indaaleen gadi dhiisan irrattiin arge. Hundaafuu Rabbiin galanni haa ga'u.

  • @beshaduteshome4099
    @beshaduteshome4099 Před 16 dny

    Abshiir abbatee rabbi kana hundaa keessaa sii baasee waaqayyoo haa.galatomuuuuu

  • @jomama151
    @jomama151 Před 26 dny +5

    Galatni rabbiif haata'u jabakeenya ❤❤

  • @dawitsileshi5042
    @dawitsileshi5042 Před 26 dny +3

    Dhugaa dubbachuuf sammuu kootu na dhukkube!miira kootu na jeeqame!ijoo hamma beeknuu fi agarruu olitti miidhamnehoo.waan oromoon biyya kana keessatti tae seexanni ta'a jedhee hin yaadu!waànan jedhutu na harkaa bade habtaamuun galatoomi ammllee namoota akkasii kan biroo nuu iyyaafadhu.adanechus Galata qabda.

  • @AbdiiSaaba-n5h
    @AbdiiSaaba-n5h Před 21 dnem

    Dhugaa seenan kunii baaye tooko gaara nama nyata baga rabiin rakoo Akasii keesa si baase❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭

  • @natananabdisa2219
    @natananabdisa2219 Před 26 dny +3

    Maali dhiirri akkanatti sobu Ijoolle⁉️🙆🏿😁😁😁😁

    • @jaalanneekadiir2244
      @jaalanneekadiir2244 Před 26 dny

      ANI SITTIN KOLFE DHUGAA 😂😂😂

    • @oromoohits4921
      @oromoohits4921 Před 25 dny

      Biyya lafaraa hin jiruum😂
      Akkamitti kana akkasaan dhiyeessan naan galle😂😂

    • @todaytube718
      @todaytube718 Před 10 dny

      @@jaalanneekadiir2244 weyane opdo

  • @bilisummanimoona7761
    @bilisummanimoona7761 Před 27 dny +4

    Kan nama gaddisissu, ammas sirni Abiy Ahmed kanuma iti fufa jira. Battee Urgeessaas akasumati Oromof jedhe dararame dhumarrati Abiy Ahmed rasaassa 11n harkisa dubati hidhame aka ajefamu ta'e. Isa kanas hinhuranfatin, Haftamu. Isan kunis maqa geddaratani male chaala nama nytadha.

  • @TeshomaGirma
    @TeshomaGirma Před 26 dny +2

    Waaqayyoo baga harka diinati isiin baasee💪 wayyoo waan jarri nu gootee hin dhumne

  • @Ukke-vz1oe
    @Ukke-vz1oe Před 19 dny +1

    Ummanni rabbiin hin sodatuu😢😢😢

  • @abdiabdulkadir5512
    @abdiabdulkadir5512 Před 25 dny +1

    Seenaa ajaa'iba wayya sabaa waan nuyi taane bineesi hin taane😢😢😢 baga Rabbin sii baase ilma sabaa Dr.ing. Ebbisa

  • @user-md3uk6st9q
    @user-md3uk6st9q Před 18 dny

    Dhugaa rabbii garaa nama nyaataa uuuuuuuf lubbuun gafa rabbii baasee baatii. Osoo afaan hedduun maxxansinee sabnii biroos haa dhagahuu

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 Před 25 dny +1

    Uuuuuuuufffffff seena garaa namaa nyaatuu dha 😭😭baga waaqayyoo lubbuun sin jirachisee amallee umurii dheeraa sina jirachiisuu gooftan

  • @naolbekanadiribatube9784

    Lubbuu Waaqayyo Eege homtuu waa gochuu danda'u. Waaqayyo baga keessa si dabarse.

  • @user-mm5uh8zx9o
    @user-mm5uh8zx9o Před 24 dny +1

    Uuuuuuuuuuuuu Yaa ilmaan oromoo wantii oromoon hin dabarasiin maltuu jiraa???? 😢😢😢😢😢😢 Waqayyoo guddaa sii jalataa Yesuus maqaan isaa haa ulfattuu Kan lubbuu kee jirachissee akka atii waan dabarasittee kanaa sabbaa keef akka atii dhugaa batuu sii gargarree maqaa isaa haa ulfattuu 😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤ Umurii nuf dheradhuu jabbaa namaa ❤❤❤

  • @seventhdayadventistchurchg2843

    Baga waaqayyoo si olchee DR.Eng.Indaalee

  • @user-jk4ew1er8l
    @user-jk4ew1er8l Před 27 dny +3

    Wow, my God, Namni kun inuma na dhibaa dhugaa waaqayyoo !!!

  • @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    Waaqayyoo oolchaa dha of kaalchaa dhas baga Waaqayyoo Jireenya keessani jijijree Yesusi Fayyisaa dha
    Seenaa baayee garaa nama nyaataa Waaqayyoo Gaarii dha 😢🥰🥰

  • @gutamadiriba4902
    @gutamadiriba4902 Před 14 dny

    What a living story ! Kun seenaa jiraatuudha.

  • @lenchoabebe3436
    @lenchoabebe3436 Před 26 dny +3

    amazing kun addadham rajii meeqa keessa turre jara koo

  • @MohamedSeid-ey7xy
    @MohamedSeid-ey7xy Před 25 dny +2

    Nama jabaa darbii nuuf jiradhuu❤

  • @TesfaAmare-ef3fu
    @TesfaAmare-ef3fu Před 26 dny +1

    Wow Nama jabaa Nama kana irraa yoo baranuu tayee bayee barachuuu nii danadenyaa namaa jabaa 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ZelekeUrgesa
    @ZelekeUrgesa Před 26 dny +4

    Carraa ilmaa nama tilmamaamun ni ulfaata kan jedhan dhugaadha.Ammeenya fi gidira hamma malee kana wqyo sin dandamachise galmee seenaatif sin jiraachise Dr,Eng..I.A

    • @SmartPart-b1p
      @SmartPart-b1p Před 25 dny +1

      P😊😊😊p😊😊pppppp😊😊

    • @SmartPart-b1p
      @SmartPart-b1p Před 25 dny

      😊😊😊😊😊😊😊😊😊p😊😊😊p😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊pp😊😊⁰0

    • @SmartPart-b1p
      @SmartPart-b1p Před 25 dny

      0😊p0ĺ⁰lpl⁰⁰⁰😊😊p😊😊😊😊😊😊llĺl😊

  • @MunirYusuf-xn2mz
    @MunirYusuf-xn2mz Před 23 dny +1

    aaaaaaa Biyyaa kan kesati wan oromon tee binesi garatanee

  • @chaladisasa5707
    @chaladisasa5707 Před 17 dny

    Batte Urgessa yaadadhu kaa Habtamu kana keessaa dabaare yeroo jetu. Namatu jijjirame maale gochaan sukkanessa har’aas jira.

  • @sanyii9438
    @sanyii9438 Před 25 dny +1

    Dear,habtamu good job but as you know we oromo had weak in support each other so he must supported in any possible situation waiting for your coop..🙏🙏

  • @EsayasBanetaGenaleBaneta

    Waan hin taane maaltu jira hayyii gootaa keenya Baga lubbuu nuuf haftee seenaa kana nu dhaqqabsiiste🥲🥲🥲🥲🥲

  • @Ukke-vz1oe
    @Ukke-vz1oe Před 19 dny

    Galatooma Habtamuu koo qaxalee❤❤❤❤❤

  • @NewayEpherm
    @NewayEpherm Před 16 dny

    Habete Eebbifami Bayyee sa!

  • @Jee700k
    @Jee700k Před 27 dny +3

    Dhugaa qabdu soba xiqqoo itti dabalte maaf busheesita ?Jalqaba ibsaadhan na guban jedhe lammata bofaatu na ciniine jedhe wal hin dhiiture dubbittin soba jechuu ko miti 😢

    • @ibsarauf4743
      @ibsarauf4743 Před 25 dny

      Dhugaa dubbachuuf namtichi kun kijiba haasawaa jira

  • @irasgelalcha1160
    @irasgelalcha1160 Před 24 dny +1

    Obbo Habtaamuu Lamuu Guddaa Galatoomaa!

  • @user-nn2dx7gh2n
    @user-nn2dx7gh2n Před 22 dny +1

    Jechaa hin qabuu ✅✅💪💪🙏❤️❤️

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf Před 22 dny

    Bagaa rabii lubbu keessan olchee dr koo maloo nadhi gamadda koo esaa jirataa ahaftmuu koo wayee jali nadhi gamadda irraa akkaa hongatotaa mottumaa nufi dubisi akkaa manii hidhaa suni fataashamuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @chalabegna7963
    @chalabegna7963 Před 25 dny +3

    Haaftamu baayyee galatomii senaa kana sirriitin bekaa senaa dhugaatii finfinee keessaatii waaggaa lamaa waaliin jiraanee baakkaa jiratu dhaabee ture nama cimadha

  • @TeshomeDabessa
    @TeshomeDabessa Před 23 dny

    Wow you're Nelson Mandela for Oromoo people,Abdissa Aagaa& Abraham Lincoln For oromiyaa. God with you! Long life!

  • @derejemk
    @derejemk Před 25 dny +1

    Galatoomi, qaanqee show, mee warri warri wayyaaneef booyaa jirtan qalbii horadhaa. Ofitti deebi'aa, aarsaa nama kanaa ilaalaa, kan achumaa dhabamanis yaadadha, tokko haa taanu. Please warri daggala jirtanis qabsoon keessa irra deebi'aa xiinxalaa, wal ajjeeesuun maal fayyada. Haga ammamiitti ijoolleen oromoo daggala jiraatu, jaarraa 21ffaa keessa qawween jijjiirama hin fidu. Dammaqinsa sammuu horachuun barbaachisaadha.

  • @maabadda
    @maabadda Před 18 dny

    Ajaa’iba
    Baga jiraattanii har’a geessan
    Maal gra jabeenyi akkanaa

  • @Fufa-we4ur
    @Fufa-we4ur Před 26 dny +1

    Amaayuu waqayyoo umurii sif Haa dheereesuu ❤❤❤❤❤❤

  • @chalabalcha1439
    @chalabalcha1439 Před 7 dny

    waan hundumaaf galaanni Waaqayyoo haa tahu. inni lubbuu kee hambise har' aa dhugaa kana akka dubbatuuf galanni guddaan isaaf haa tahu, ajaab, bagaa jiraate. kitaaba kee kana akkamitti argachuu akka dandeenyu nu beeksiisa. adaaraa kitaaba isaa dubbisu barbaanna.

  • @michaelkutane236
    @michaelkutane236 Před 25 dny +1

    Habtiishi galatoom kana nuuf dhihessuu keef

  • @yadessaulfata3999
    @yadessaulfata3999 Před 25 dny +1

    Soba adii waraansi si dhiisee nama qawwee qabateen nyaatekaa amma oduu

  • @beredesu1861
    @beredesu1861 Před 26 dny +5

    Kitaaba eessaa argannaa

  • @katyoli4378
    @katyoli4378 Před 27 dny

    Wow! God loves you very much!

  • @Looko347
    @Looko347 Před 24 dny

    Waan oromoon tahee biyyaa ethiopiati keessati bineessu hin tane jedhee jedha jawween😢😢😢💔💔💔

  • @Asdfkhan0000Asdf-uu8yl
    @Asdfkhan0000Asdf-uu8yl Před 21 dnem

    Seena bayyee gara namaste nyatudhaa baga waqayyoo sigarharee umurii dhuraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @KibMitiku
    @KibMitiku Před 24 dny +2

    Uffee baga har"a geesse Dr ayiiii

  • @MilkeessaaWarraaSalaalee-n3r

    Jabaa nama bagaa waqayyoon umurii sii dheeresee

  • @FedesaRasa
    @FedesaRasa Před 26 dny +1

    Really amazing testimonials

  • @TekaLemma
    @TekaLemma Před 21 dnem

    Seenaa guddaa hojetee beekaa Aftamuu lamuu guddaa galatoomii

  • @Mati-d2u
    @Mati-d2u Před 25 dny +1

    Biyya kana keessatti fictitious dhugaa malee dhugaan bakka hin qabu.

  • @NigatuDereje
    @NigatuDereje Před 20 dny

    Jalqaba waaqa lubbu kee olcheef gaalani haata'u jaaba nama jaabadhu ammayyu ijaa oromoo dha ati atis Habtee itti cimi

  • @barechafituma5773
    @barechafituma5773 Před 26 dny +2

    Battee urgeessaa akkamitti du'e??? ati bar Carraa boofaaf hamtuuta nyaachuu argattee!
    Batteen bar rasaasa 7 mataa keessa reebamee, waraabessatti darbatamee! 😢

  • @minletazez8606
    @minletazez8606 Před 23 dny

    dr.ing. indu begaa waqaayyo assin sin gayee;; anni boyaatee dhageefata turee. oromifaanni breesu hindendende u dhifamaa nagaash butaa finnfineraa

  • @barnaandekebo9206
    @barnaandekebo9206 Před 23 dny

    Dhuguma rabbiitti ani akkana booyee hin beeku. Rabbiin akkanatti Dr. Enj. Endaalee abbabaa lubbuu kee hambise. Baga dhiifama gooteef silaa ani siwoliin hojjadhee akkan deebi'ee dhalattan amana. Please karaa keessaa linkedIn koo na haa qunnaman Dr. Endaaleen

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 Před 21 dnem

    Adde Adaanach rabbi haaeebbisuu!

  • @gamteessaaentertainment3565

    Anii dhugaa waqaa irriba keessaan nahaa jira😥

  • @israeltamiru3148
    @israeltamiru3148 Před 26 dny +2

    Gaffiko 2 ??1997 hidhamani wagga meqa hidhamattani jenan wagga sadata boda garra finfinetti debihe jedhini 1997_2001 akkamitti wagga 8 ta'e??

  • @sadamteha9623
    @sadamteha9623 Před 15 dny

    Heart break history 😢😢😢😢Please where can we get his book 📙 habte

  • @user-jv5ts9fu5l
    @user-jv5ts9fu5l Před 25 dny +1

    Waan hundaa duraa waqayyoo isaa qorumsaa hamma kana irraa sin habifaatef galani guddaan haa ta'uu
    Isiin lamanuu kabajaama ulfaadhaa oromoo koo
    Dhumarraa dhamsaa guddaa tokkoo nuuf dhamnii oromoon tokkoo lama hin jiruu
    Waalirratti ka'uu dhissaati waaliifi ka'aa🤝
    Mee kitaaba isaani akamni argaachuu dandeenyaa maloo pales 📖

  • @talibnizamteyib2604
    @talibnizamteyib2604 Před 23 dny +1

    😢rakkoo akkanaa irraa rabbiin nuhaa eegu Baga rabbiin lubbuu kee siif hanbisee garuu🤲haajennuu TPLF dhoksitee waan akkanaagote bilxiginnaan immoo nama ulfaafa,beekaa,hayyuu,daa'ima,manaawoliin gubaa jiru kanaafuu ija haqaatii odoo ilaalamee waayyaannee sanarra kanatu hammaataa.bilxiginnaan ajandaadhaaf hamma olbaafte malee namni irraahaabaratuufiimiti jibba waayyaannee nukeessatti firii habaasuufi malee oromoof yaadaniimit😢waan keessa dabarrree qofa osoo hin taane waan keessajirru irraallee osoo barannee gaariidha 😊galatomi 😢

  • @user-fe1zg7yo1n
    @user-fe1zg7yo1n Před 26 dny

    Anan kan naa dhibbee Dhalii nama ammaa kana Garaa Jabbatayi 😢😢 dhugaa nama sodachisa jireenyi addunya kana
    Baga Waaqayyoo nagaan sii Baase Binensaa sana keessa
    Waaqayyoo Umurii dherraa siif haa latu waaqayyoo inni sii hikkee maqaan isaa Haa Ulfaatu ❤🙏

  • @abeyayemane859
    @abeyayemane859 Před 24 dny

    Waaqayyo inni waan hunda si Oolchee maqaan waaqayyo ha Eebbifaamuu dhugaa waaqayyo Dhugaa Oolchaadha🙏🙏🙏

  • @KebuChalchisa
    @KebuChalchisa Před 20 dny

    Wwwww kun waan aja'ibaattii dhugadha jesus goftadhaa

  • @Ukke-vz1oe
    @Ukke-vz1oe Před 19 dny

    Nama jabaa kana dila san garaa itti jabaatani😢😢😢

  • @zewditudesisa
    @zewditudesisa Před 23 dny

    baga kufes baga ka'ees jette dulatiin sa'aa Dr.Waan hundaa duraa waqayyoo isaa qorumsaa hamma kana irraa sin habifaatef galani guddaan haa ta'uu atti beekka beekkaa caaluu dha

  • @abelbrown11
    @abelbrown11 Před 23 dny

    There are still some Oromos who Sympathise with TPLF after all what they did to our people.
    I’m happy you survived.

  • @lemmagutema4411
    @lemmagutema4411 Před 10 dny

    Nama meeshaa waraanaa baatuu warabeessii nyaate jechuun gaaffii namatti ta'a

  • @AmiinaAbdallah
    @AmiinaAbdallah Před 21 dnem

    Yaa rabbii koo nadhii gammadas yaa rabbii mulidhisi mee😢

  • @BonaaAbdii-bw2yf
    @BonaaAbdii-bw2yf Před 19 dny +1

    Baga rabbiin nagiyaan sibaase

  • @ElhmeSada
    @ElhmeSada Před 20 dny

    Yarabbii malaa dhagenyaa Wana akana adunyaa irrattii

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 Před 26 dny +1

    Tigreen sirna sana durii deebisuuf har'allee taanaan oromiyaa keessa taa'anii walgahii gegggeeffatu hudduushiitti mukti haagalu jaarraa 12ffaa keessallee warrikun ummata oromookuma13 ol fixxee turte oromoo ammayyuu dammaquu qabna

  • @firaolobsa4078
    @firaolobsa4078 Před 25 dny +1

    Dr. Injiner baga Waaqayyo si Olchee nama guyyaa har'aa gahuu taatee habtish ati gaalata qabda namoota akkasii yeroo nuf dhiyyessituu barnoota bayyee irra baranaa

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx Před 25 dny

    Uuuuuffff baye nama gadisisa yaa Cara Kenya moo yaa oromo bagga waqayo sii fayise bagga waqayo akka nama sitti murtesine ammasi waqayo urmi isini haa dheresu ❤❤❤❤❤❤

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Před 22 dny

    Anumaa biiyeen nanyatuu kodee koo wayoo kuniisii hin darbee maqaa waqaattiin 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 kanii kanaa dabarsiitee maqaa waqatiin mohatee hojii diinaa wayoo wayoo 😢😢😢😢😢😢

  • @oromoohits4921
    @oromoohits4921 Před 25 dny +1

    😂😂😂1🤝🤝 doctor enginer samuel ze michael

    • @gemechubeffa9066
      @gemechubeffa9066 Před 20 dny +1

      Afuuffaa akkanaa argeellee dhagaheellee hin beeku. Ilmi Lamuu/Labuu gad uf buuse 😂

    • @oromoohits4921
      @oromoohits4921 Před 19 dny

      @@gemechubeffa9066 hin bayyise karchallee buuti amma namittin kun
      Maal nu seete hamma kana nu afuufa

    • @oromoohits4921
      @oromoohits4921 Před 17 dny

      @@gemechubeffa9066 hin jiruum

  • @makeyagirsha6329
    @makeyagirsha6329 Před 25 dny

    Yoo seenaa kana dhageefadhu ummaani tigrayi kan bara dabree akkasitti dhumee dhigaa ilmaan oromootu isan fixee nati fakkata 😭😭😭😭😭

  • @user-gk3kc9cd6r
    @user-gk3kc9cd6r Před 13 dny

    Heart breaking story ...😂😂😂😂

  • @abdulselammohammed2489

    Jarati cubbuun jarri woggaa 27 uummata irratti hojjacha ture rabbiin kaffaleef yeroo tokko tokko waan Abiy jara godhe sirridha

  • @RegassaToba
    @RegassaToba Před 26 dny

    Amazing testimony

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Waqayyoo mal dadhabee beeka x2
    Farfaataa Addisuu Waadajoo isin Afeereeraa malooo 😢