Yeroo Jaalalaa, Jaalala waggoota 39'f dabaadhuma dhufe.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • Yeroo Jaalalaa, Jaalala waggoota 39'f dabaadhuma dhufe.

Komentáře • 239

  • @imaanqerroo
    @imaanqerroo Před 2 měsíci +12

    Kabajamtota family tiyyaa isin bira hin jiru gaa Malin godha mashaallah big respect 🙏 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ayashow33
    @ayashow33 Před 2 měsíci +26

    Qophiin akkanaa kun baayyee bareedaadha! Warra jaalalli caphse dabarsuu irra warra jaalalli jaare nuuf qooduu wayya. Kanaaf warra akkanaa kana nuuf dabarsaa!❤

  • @ayyaanoro9128
    @ayyaanoro9128 Před 2 měsíci +42

    Ani hangaan bultii jaaradhe reefu torbee sadii gaha
    Jalqaba bultii irrattiin isin daawwadhe fakkeenya naaf taatan galatoomoo ulfaadha
    Anaafiis bultii koo eebbisaa❤❤❤

    • @user-cm6no7cn6o
      @user-cm6no7cn6o Před 2 měsíci +2

      Horaa bulaa bultii gamachuu umurii gutuu isinif haa tauu🎉🎉❤❤

    • @melbamedia2690
      @melbamedia2690 Před 2 měsíci +1

      Ebbifami milkaahi ilmoo gaarrii rabbi siif haa kennu.
      atis anaaf kadhadhu akka jaartinko nagadhan biyya arabarra naaf galte ilman horru😢😢

    • @ayyaanoro9128
      @ayyaanoro9128 Před 2 měsíci

      @@user-cm6no7cn6o Aamiiiin Aamiiiin Ulfaadhu qaalii ❤️❤️

    • @ayyaanoro9128
      @ayyaanoro9128 Před 2 měsíci

      @@melbamedia2690 Aamiiiin Aamiiiin inshaa Allah nagayaan siif galchee waliin isin haa milkeeysu Addunyaaf Aakhiraa

    • @EMANOROMO
      @EMANOROMO Před 2 měsíci +1

      Bulti garri siifi haa tatu❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci +7

    ❤❤Rabbiin Beekumsii Eegumsaa Bultiinis fageenya dhiifnee eegunsa haqa Islamic group kada mootummaan

  • @shamsahmohammed13
    @shamsahmohammed13 Před 2 měsíci +6

    MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉umataa Jalalaa dhugaa ❤❤❤❤❤

    • @basirahmmad4163
      @basirahmmad4163 Před 2 měsíci

      👉❤💓💓💔💔💗💕💕💖💕💗💗💗💗💗💗💔💓💓❤💔💔💔💗💗💕💕💖💔💗💗💘💔💓❤❤❤❤

  • @muhamednur2614
    @muhamednur2614 Před 2 měsíci +2

    Maasha Allaah tabaarakallah
    Galatoomi hamdiyya qophii n akkanaa itti nuuf haa fufu.
    Isa boohu nurraa dhiisi!!!

  • @Zahara174
    @Zahara174 Před 2 měsíci +5

    Warroottan Akkana Fakeenya Namaf Tahan Nuf Dhihesu itti Fufaa isiinin Jena GALATOOMA 🙏

  • @fayinedenabo9744
    @fayinedenabo9744 Před 2 měsíci

    Mashaa Allaah harargee maatii jaalalaa ummata akkana nuu fidda worraa jaalalaa harmii jechaa boyyaa olu hin barbanu Mashaa Allaah umrii dheera jiradha wojjiin ❤❤❤❤

  • @abdiirahman5462
    @abdiirahman5462 Před 2 měsíci +2

    Hamdiyaa qophii jalala irati nama bulti jaree walin turee jalala mohee kaa akka kana nuf fidi fakkeenyaa nuuf ta,a❤❤❤❤❤

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 Před 2 měsíci +1

    Safiyaa nuree Galdii intala Abbaan jabaa oromo ykn qabsawaa umrii dheeradhu

  • @magartumuhammad4215
    @magartumuhammad4215 Před 2 měsíci

    Mashaa Allah Mashaa Allah wallahi umrii Si dheessu Adaada tiyyaa safiyya Nuuree galdii Abbaa mana kee Adeero ilmaan ilmee Tessan wajjiin isiniin Jaaladha Adaade safiyya shanyii qabsahota leenca Intala leenca Nuuree galdii Abbaan Qabsaha bara dukkana oromoodhan Waan hin tahiin hin qabne Rabbiin lubbuu isaa ha jannatu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube9335 Před 2 měsíci +2

    dhugaa baay'ee dasii nama jedhaa ammas hora bula 😍😍

  • @hayyatijamaalyoutube1778
    @hayyatijamaalyoutube1778 Před 2 měsíci

    Mashallaah mashallaah mashallaah 💕💞💞💖amalee umrii dharreedhaa ❤️💖❤️❤️

  • @halaa.gammadaa4846
    @halaa.gammadaa4846 Před 2 měsíci +1

    Maashaa'a allaah rabbiin umrii keessan haa dheeressu hedduu namatti tolan!!

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před 2 měsíci

    Masha allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa Yeroo amma kanaa maalif jalatii dhuggaa hin jiree garuu kessaatuu ergaa bulittiin ijarametee bodaa yaa rabbiin nuuf qaajeliche mee

  • @zubeydaazubeydaa457
    @zubeydaazubeydaa457 Před 2 měsíci

    Maa shaa Allah ❤❤Rabbiin umrii dheradhaa nule namaa abbaa mana kenaa waliin arii filatu Rabbiin nuu haa tasisuu

  • @user-kq5qq5jm6s
    @user-kq5qq5jm6s Před 2 měsíci +2

    Mashaa aallah Mashaa aallaah mashaa aallah mashaa aallah mashaa aallah mashaa

  • @user-ez4sh8gs9s
    @user-ez4sh8gs9s Před 2 měsíci

    Wlhi isin shanyi teysanira osoo na fusifatani nati tollee Masha Allah wajin isin haa dhisuu🎉❤🎉❤🎉

  • @UrjiQayu
    @UrjiQayu Před měsícem

    Maasha allah umrii dheertu wajjiin isiinif haa kennuu

  • @user-vg6ww5sr5z
    @user-vg6ww5sr5z Před 2 měsíci

    Hamdiya qophii akkanaa baayyeee gaariidha, barumsa hedduu qaba kun bayyee bareeda ,qophii akka duraan ture San dhisii bifa kaanaan itti fufi❤❤❤

  • @Suusiyye
    @Suusiyye Před 2 měsíci

    maashaa Allah rabbii waliif isiin haa dhiisu
    Jaalaala akkana kana barbaanna warra wal ijaaree ,warra wal diiguu miti

  • @user-jg3gh4rd7g
    @user-jg3gh4rd7g Před 2 měsíci

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah tabarakallah rabbii umrii isiin hadheerreesuu❤❤🎉🎉🎉

  • @BgJhv
    @BgJhv Před 2 měsíci +1

    Mashaa allaah yaada garii dubatteeti bodarratti ballesite maalif tessee dhungatte kaate mataa isanii hin dhungattuu intala koo tana sirrefadhu

  • @aliyimumme4630
    @aliyimumme4630 Před 2 měsíci

    wow!!!!!!!!!! hamdiyaa maatii ajaaibaa maatii jaalalaa, warra kabajaa, warra fakkeenyummaa guddaa qabu nuu dhiheeysite. Galatoomi.

  • @kadiiromer6307
    @kadiiromer6307 Před 2 měsíci +1

    Ijollee lamaa taan keessaa takkaa naaf tatee jirtii akkaa naaf keeneniin barbaadaa jimaan geefadha yaa rabbii naaf laffissii

  • @BedasoTuke
    @BedasoTuke Před 2 měsíci +1

    Dri kan booyuun nuu fiddanii nu rakkisaa turtan, amma garuu kan Abdii namatti horu, fakkeenya nuuf ta'u, fi nu bashanansiisu nuuf fiddan. Galatoomaa.

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před 2 měsíci

    Rabbiin umirii dheraa issiif haa kennuu Ishaa allaa

  • @SamiraMokhtar-ri8cz
    @SamiraMokhtar-ri8cz Před 2 měsíci

    Mashaa Allaah dhugaa heduu namattii toltuu ammalee Rabbiin umiir waliin issiin hadheressuu qopii kessanii lalee hin bekuu garuu ardhaa sagalitakessanii irraa waheduu irraa qeyyabadhee galatoma

  • @maamadmaamad5119
    @maamadmaamad5119 Před 2 měsíci +2

    Qopiin an jaaladhu daqiiqa tiqaate male😢❤❤❤

  • @adamshafi8117
    @adamshafi8117 Před 2 měsíci +2

    MashaAllaah vidiyoo kana ilaalee baay'een gammade ❤❤❤❤❤

  • @sukkareegaazzuu7173
    @sukkareegaazzuu7173 Před 2 měsíci

    Wowowo amazing and beautiful

  • @Lidiyaa926
    @Lidiyaa926 Před 2 měsíci +2

    Gaazeexeesituu kuni warra jalaala caalaa isheetu shasha nu godhaa❤😂😂😂

  • @abdiabdu9831
    @abdiabdu9831 Před 2 měsíci +1

    Mashaall jalali dhugakan❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @aziizaahmad2940
    @aziizaahmad2940 Před 2 měsíci

    Masha allah masha allah masha allah amalle rabbiin wallaffi hadhisu

  • @aishabiliso
    @aishabiliso Před 2 měsíci

    Wow it amazing ❤❤❤❤❤ Mashall

  • @nuredinabiti
    @nuredinabiti Před 2 měsíci +3

    Maashaa Allah wlhi baay'ee bareeddu hamtuu isin irraa haa qabu.

  • @Tiba.2486
    @Tiba.2486 Před 2 měsíci

    Mashaallaa rabbiin ammalee umrii woliin isiin haa dhereesuu

  • @abdulbasithamza8456
    @abdulbasithamza8456 Před 2 měsíci +1

    Masha Allah ammalle umrii dheradhaa ❤❤❤🎉🎉

  • @HcgDyd
    @HcgDyd Před 2 měsíci

    Rabbiiin walii umrii isiin haa dhersuu

  • @jamelaj1120
    @jamelaj1120 Před 2 měsíci

    Mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa Allah mashaalaa

  • @hvfgh-dq5rq
    @hvfgh-dq5rq Před 2 měsíci

    Masha allhaa ija hamtu rabii tokichi isinira haqabuu

  • @asmaaabdii1348
    @asmaaabdii1348 Před 2 měsíci

    Masha Allah tabarakallah ❤❤❤❤

  • @user-fz7yv3zd4r
    @user-fz7yv3zd4r Před 2 měsíci

    ❤❤❤Mashallah Mashallah ❤❤❤❤❤❤💘💘😘😘❤️❤️🫶🫶💘💘❣️❣️💞💞💓💓🥰🥰🤩🤩🌺🌺💝💝😘😘❤️❤️❤️💘💘❣️🥰🤩🤩Mashallah Mashallah Mashallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤩🤩🥰❣️❣️💘💓💞💞🫶🫶🫶💘❤️😘😘💝💝🌺🌺

  • @user-ge4jh2of2e
    @user-ge4jh2of2e Před 2 měsíci

    Masha Allaa Masha Allah 🎉🎉

  • @FadilaAbbasanbii-vm8go
    @FadilaAbbasanbii-vm8go Před 2 měsíci

    Mashaa Allaah Tabarakallaah Rabbiin wojiin umurii jaraa hadheresuu

  • @user-sx3by3ro1y
    @user-sx3by3ro1y Před 2 měsíci

    MashIIahmashaIIah MashIIahmashaIIah ❤❤❤❤🎉❤❤

  • @alhamdulilha6065
    @alhamdulilha6065 Před 2 měsíci +1

    Masha Allah tabarak Allah 🎉🎉🎉😮❤❤

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan Před 2 měsíci +3

    Abboo jaalalti sirrii tana.

  • @MirimaMom
    @MirimaMom Před 2 měsíci

    Mashalh mashalh amalee umrii dheradha

  • @MuraadJafar
    @MuraadJafar Před měsícem

    Mashaa Allah ❤❤❤❤

  • @mameshame1836
    @mameshame1836 Před 2 měsíci +4

    Hamdiyaa akkanatti uffadhu yeroo mara

  • @kwtstc7657
    @kwtstc7657 Před 2 měsíci

    Mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤❤❤❤❤ja alajaa jabdhuu jabdhuu sanyii koo ❤❤❤❤🎉❤❤❤❤🎉❤mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤mashaallaha mashaallaha mashaallaha

  • @urjiinageb1835
    @urjiinageb1835 Před 2 měsíci

    Maati jalala yarabi ful dura abba mana akkana naf khani❤

  • @safisaatubeoromoo
    @safisaatubeoromoo Před 2 měsíci

    Mashaa allaah ❤❤❤❤

  • @user-mm9bn9gi1q
    @user-mm9bn9gi1q Před 2 měsíci

    Mashaa Allah mashaa Allah tabarkiallhaa 💟

  • @hfffvcbf4279
    @hfffvcbf4279 Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤mashallaa mashallaa bultii gariiin fakenya naaf tatii jabadhaa qopii jalallaa ❤❤❤

  • @userme778
    @userme778 Před 2 měsíci

    Wow amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @janasuudi5395
    @janasuudi5395 Před 2 měsíci

    MaashaaAllaah Rabbiin umrii isin haa dhersuu

  • @afrahnasraddiin9591
    @afrahnasraddiin9591 Před 2 měsíci

    Maashaa Allaah Rabbiin umrii wajjiin isin haa dheereysu ❤❤❤

  • @user-pz4wx4hc6i
    @user-pz4wx4hc6i Před 2 měsíci +1

    Mashaaalaa Mashaaalaa Mashaaalaa ❤❤❤

  • @fhgdd364
    @fhgdd364 Před 2 měsíci

    mashaa Allahaa ❤❤❤

  • @abdallaoromoo4916
    @abdallaoromoo4916 Před 2 měsíci

    Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ukashabdela4187
    @ukashabdela4187 Před 2 měsíci

    Masha Allah

  • @user-yl2vh1kx4t
    @user-yl2vh1kx4t Před 2 měsíci

    Wow Kunis jiraa rabbii umurrii dheresaa wajjin isiin haa jirachisuu ❤️😍

  • @derejelegessegurmessa1266
    @derejelegessegurmessa1266 Před 2 měsíci

    Umurii dhèraa isiin haa kenu.

  • @user-sx9cb8er8z
    @user-sx9cb8er8z Před 2 měsíci

    Mashaa allaha rabbiin woliin umurii isin hadheressu❤❤❤❤ bayee namati tolttan

  • @zeedyoutube402
    @zeedyoutube402 Před 2 měsíci

    Mashaa allaah heddu namati tolani waan akkana nuu dhiheessaa galatoomaa

  • @Sifanoroo70
    @Sifanoroo70 Před 2 měsíci

    Maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa baayee namatti tola jabaadhu itti fufaa

  • @user-ym1te9xo9n
    @user-ym1te9xo9n Před 2 měsíci +1

    Maashaalaaa maashaalaaa maashaalaaa ❤❤❤

  • @kadiroro1220
    @kadiroro1220 Před 2 měsíci

    Mashaalhaa❤❤❤❤❤❤

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Před 2 měsíci

    Dhugaa kesanii Walyii namanii yoo wal dhagaye nii milkawa Rabbii umrii tesan issin haa dheresu waliin

  • @hdks432
    @hdks432 Před 2 měsíci

    Mashaa Allaaha rabii umrii isiin Haa dheresuu ishaa Allaaha

  • @user-ge8hv6eh2q
    @user-ge8hv6eh2q Před 2 měsíci

    Masha allaah maatii addadureedha. Umriidheeradhaa

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Před 2 měsíci

    Maashaallah maashaallah bagaa nagyan dhuftee Hamdiya tenyaa Akanumatii itii fufii ufan tee Akantii siraa baedaa

  • @munirahhussamunira566
    @munirahhussamunira566 Před 2 měsíci

    Mashaalla tabarakala rabbin umuri dherituu

  • @user-cw9nw2lk4z
    @user-cw9nw2lk4z Před 2 měsíci +1

    Masha,allah❤❤❤❤❤

  • @aishaaisha9854
    @aishaaisha9854 Před 2 měsíci

    Mashaa Allahaa ❤❤❤❤rabbi wajjin umrii isaan haa dheresuu

  • @sabontuoromo1667
    @sabontuoromo1667 Před 2 měsíci

    Maashaallaa maashaallaa hedduu namatti tola ❤❤❤❤❤❤

  • @Khadiza-xp8rl
    @Khadiza-xp8rl Před 2 měsíci

    Leeshii gababisitee😢❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci +1

    ❤❤❤❤ Heerumnii ifaa Rabbiin isin haa jaallannaa Maashaa'Allah Wasiyyaa deemsis gzx Hamdiiyaa Radioactive gurriis Eegumsaa

  • @HcgDyd
    @HcgDyd Před 2 měsíci

    Mashaa alhaa

  • @user-cf1fg2bj3f
    @user-cf1fg2bj3f Před 2 měsíci

    Yeroo danbalii jaalalaa ni xiqqaate hamdiya

  • @makiama9561
    @makiama9561 Před 2 měsíci +1

    Masha Allaah❤

  • @taslimhubbi7624
    @taslimhubbi7624 Před 2 měsíci

    MashaAllah

  • @user-eb5oe2ud8t
    @user-eb5oe2ud8t Před 2 měsíci

    Waaaaw umrii dheradhaa.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤barnoota guddaan argadhee!!

  • @Bahsan-tg9wd
    @Bahsan-tg9wd Před 2 měsíci

    Mashaa allh dhugaa heduu baredudhaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    Eegumsaa seerrii garuu hanni ifaa gaafa badii akka waan hinarginee yaadannuu

  • @user-mk3fp6ul7m
    @user-mk3fp6ul7m Před 2 měsíci

    Mash Allah umrii dheradha best Family

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa2080 Před 2 měsíci

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @Ayshasharfi
    @Ayshasharfi Před 2 měsíci

    Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-py3xe8bz7t
    @user-py3xe8bz7t Před 2 měsíci

    Maashaa❤❤❤❤❤

  • @oromonaifi4903
    @oromonaifi4903 Před 2 měsíci

    Mashaa is Alhaa mattii jalalaa

  • @aleemaa1379
    @aleemaa1379 Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤masha allh ❤❤❤

  • @dontata1826
    @dontata1826 Před 2 měsíci

    Akkamii Safyaaa mashallhaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-lk5zs4uk3r
    @user-lk5zs4uk3r Před 2 měsíci

    Mashallah tabarakallah Alhuakubar ❤❤❤❤

  • @FadilaAbbasanbii-vm8go
    @FadilaAbbasanbii-vm8go Před 2 měsíci

    Mashaa Allaah Tabarakallaah❤

  • @tiyyaashow332
    @tiyyaashow332 Před 2 měsíci

    Mashallaa tabarakallaa Mashallaa mashallaa tabarakallaa Mashallaa

  • @HibooUmar
    @HibooUmar Před 2 měsíci

    Mashaa Allah Mashaa Allah

  • @dawudkamal6027
    @dawudkamal6027 Před 2 měsíci

    Maashaa allaah hedduu namatti tola

  • @user-cl3ow4zz9n
    @user-cl3ow4zz9n Před 2 měsíci

    Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah