Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • #Yeroo-Jaalalaa

Komentáře • 352

  • @maalmallisaatube2048
    @maalmallisaatube2048 Před 2 lety +31

    Dhugaa nama baayyee cimaa sadarkaa biyyaattuu badhaafamuu qabuudha. Akkuma mooniinuu jette, namoota qaama guutuu qabaatanii hojii hiikanii jiraatan biyyaaf mootummaarratti ba'aa ta'an heddudha. Barumsa fi jajjabina baayyee nama keessatti hora. OBN keessummaa kabajaa godhattanii nuuf dhiyeessuu keessaniif galatoomaa 🙏

    • @biraneesorii5930
      @biraneesorii5930 Před 2 lety +2

      Wwwwwoooo Wwwwwoooo bayeti namati tola Gamachuu Gudan qabaa barnota gari gargadhee waqayoo umurii kesan hadheresu 💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏
      Mee wari qama gutu qabdan barnota fudhadhaa 👈👈👈👈👈👈👈👈👈👈
      Mee yaa waqayoo umurii isani nuuf dheresimee

    • @genetoromoo4813
      @genetoromoo4813 Před 2 lety

      Oromowwoow galatoomii galatoomii oromowwoow 🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰❤❤❤✅️✅️✅️

  • @baqqelemarga9458
    @baqqelemarga9458 Před 2 lety +13

    Dubartii cimtuu akkana argee bekuu waqayyoo baraa jirenyaa shii haa Ebbisui umurii dheraa waliinnisiniif yaa kenuu rabii🙏🙏🙏

    • @user-ss6hh4us2x
      @user-ss6hh4us2x Před 2 měsíci

      Waqqayyoo akkanimaatii waliin siin haa jiraachisuu dhugaa waqqaayyoo baay ee namaa gamaachiisaa

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před 2 lety +8

    Dhugaa baayee namaa Tolu waqqayyoo bara jireenyaa keessan dachaa dachaa siin haa ebbisuu🙇🙇🙏🙏

  • @YasribAbabiyaa
    @YasribAbabiyaa Před 2 měsíci +1

    Subanallaah yaa hoji Raabi fayaan Raabin qofaa yaa Raabi nu egii balaa tasa irra 😭😭😭😭😭

  • @faredafareda8257
    @faredafareda8257 Před 2 lety +4

    Kutattuukoo wly dubarttiin akkasii habaayyattu innis jagna baga rabbi sihammabbisee dhugaa ibsaan namaqabee daqiiqa 1 lubbu namaa baasa baga rabbi si'ambbise💔

  • @islamsalaam985
    @islamsalaam985 Před 2 lety +7

    Yaa allah baga rabbii lubbuu kee jirachisee kana hundaasii garsisee obboleessaa koo. Obboletti koo naaf jiradhuu tan qalbii isaa gammachistee kani itti hin jijiramin hedduu sii galatomi umrii wolin dheeradhaa lammii koo 🥰🥰🥰🥰🥰💓👨‍👩‍👦💓

  • @MasaratAlamuu
    @MasaratAlamuu Před 2 měsíci

    Imimaan qabachuun dadhabbee😢😢 lubbuun yoo waqayyoo bassee malee hin battuu bayyee namaa dhibbaa hojiin waqayyoo. Namaa cimmaa akkaa kee. dubarattii cimtuu akka kee biyyaa kenyaaf haa bayyissuu bayyee fakkenyaa garii namottaf tatuu dhugaa ebbifammaa waqayyoo baraa fi jirenyaa kessaan haa ebbissuu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @alhamdulillahrabbilalamin6237

    Rabbin wolifi isin haa dhisu insha allah

  • @makiyas2881
    @makiyas2881 Před 2 lety +5

    Yaa Allah imamani qabachuu dadhabee😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Před 2 lety +5

    Wwwawwo Amazing history ❤️❤️🥰🙏
    Waaqayyoomtii umurii keessan walin haa siniif haa dheeressu dhugaa dhaloota baraa keenyaa kanaaf fkn guddaadhadhaa wantii sin walin dabarsiitan Eebbifamaa kanaa caalaattii haa dagaaguu jaallalifi kabajiin keessan
    Ilmii namaa qamaa guuteef mitti sammuu guutuu waaqani siniif haa kennuu akka obboloota kanaa lafaa gogaarratti wal jaallatan gaaruu har'aa mmoo hambaa dhaloota ta'aa wwwawwoo

  • @mulataboruutube2268
    @mulataboruutube2268 Před 2 lety +3

    Dhugaa waqaa sammuu namaa gararraa ta, aa jabaadha waqaayyo humna saa sinif haa keenu!!!! 💯% waan Aja,iibaati

  • @bentislam1930
    @bentislam1930 Před rokem

    Subanallaah ya hoji Raabi fayaan Raabin qofaa yaa Raabi nu egii balaa tasa irra 😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️

  • @deboradebora3543
    @deboradebora3543 Před 2 lety +2

    Uuuuuuuuuuuuuuufff bagaa waaqayyoo gooftaan siinnii miiliikeesee amaalee Umurii dheerraa siinnaa jiiraajiisuu ❤️😍😍😍😍😍😍😍😍😍😭😭😭

  • @user-hw4jn4ew9y
    @user-hw4jn4ew9y Před 6 měsíci +1

    Mashaallaah Dhugaa hedhu isin diqisifadhe dhira cimafi dubarati cimati baga rabbin kan wolf isin godhe ❤

  • @jorskj2998
    @jorskj2998 Před 7 měsíci

    Dhugaa rabii wantaa bayee nama aja,ibudhaa waqayoo umrikee ha dheresuu wantaa bayen ishe iraa baradhee❤❤❤❤

  • @user-mo7cx1pw4f
    @user-mo7cx1pw4f Před 2 lety +5

    ስቡሀን አላህ ሁሉም ያላህ ፍቃድ ነው የሚሄነው የሚለውንም ባላቀው ያሳዝናል

  • @ilfuu9376
    @ilfuu9376 Před 2 lety

    Bayye nama Aja'ibaa dhugaa waqayyoo barra jirenyaa kessani issiniif haa ebissu💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚👌👌👌👌💯💯💯💯

  • @caaltuutube4360
    @caaltuutube4360 Před 2 lety +3

    Waqayoo walnii isinii yaa bulcuu gooftaan uuuffff bayee namaa gadisisaa uuuuffff 😭😭😭💔💔💔💔😭😭

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem

    Atii Dhugaa Bayee cimitudhaa
    Jabadha rabinii isinii biraa hnijiruu inshallah

  • @lomibiru7015
    @lomibiru7015 Před 4 měsíci

    Bagaa waaqqayyoo sii basee ishii dubartii cimtuu dha waliin umurii dheerraadha ❤❤❤❤

  • @makiyas2881
    @makiyas2881 Před 2 lety

    Bagaa Rabbiin woliin isiin gayee Rabbiin umrii keesani woliin haa dhersuu dhugaa Rabbii

  • @mariyam4000
    @mariyam4000 Před 2 lety +2

    Uuuuuuuufiiiiiiiiii.bayyee.namati.dhagyamaa.wly.rabbii.umrii.isaan.Haa.dhersuu

  • @BiyyaaKootif
    @BiyyaaKootif Před měsícem

    Baayee namatti toltu rabbi waliif isin haa tursiisuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤dhugaa nama raajiiti

  • @makyamakya6175
    @makyamakya6175 Před 2 lety +2

    Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh 💔 ♥ rabiin siin fanaa haa tahuu jabadhaa bayee natii toltani walahii ❤💔🤲💝❤🥺🥺🥺😭😭💔

  • @aminafayiso5912
    @aminafayiso5912 Před 2 lety

    Nagaaan Waqayyoo isinnii haa bayatuu uuuuffffffuuu Waqayyoo bagaa sii gargaree 🤲🤲🙇🙇💕💕💕

  • @user-nv4dx2ge7m
    @user-nv4dx2ge7m Před 8 dny

    Dhugaa Umuri Dhera Walin Isin Haa Jirachisu Waqaayyoo 😢😢😢😢

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc Před 2 měsíci

    Kanumaa caaltii jalaali waqaayoo isinifiia bayaatuu ❤❤❤

  • @vjj822
    @vjj822 Před 2 lety +1

    mashallhaa rabbin umrii wajin isin ha dheresuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @QosanAyele
    @QosanAyele Před měsícem

    Waaqayoo haamale siin yaa gargaaru dhugaa nama namni baaye hiraa baaratu haadha maana keele waaqayoo ishe yaa ebisuu baaye naamati toola jaalali dhugaa jiraanan waati hundumtu jiraa dhugaa

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Před 2 lety +2

    Mashahallaa rabbii lamaa nama hin midhuu bagaa jirenyaa kee siftoolichee obboleesa koo

  • @user-oj9fb2rd3o
    @user-oj9fb2rd3o Před 2 měsíci

    Bagaa waqaayyoo siffayyiisee umurii dheradhaa❤❤❤❤❤❤

  • @genet9902
    @genet9902 Před 2 lety

    Dhugaa rabbii bayee namati toltuu Rabbii umurri keessan yaa dheeresu

  • @fayisedadi7322
    @fayisedadi7322 Před 3 měsíci

    Waqayyoo walifi isin haa jirachisuu bayee nama abajaa 🥺🥺🥺❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa4184 Před 2 lety +1

    Waaqayyoo umurii dheeraa waliin isiin haa jirachisuu🙏🙏❤❤

  • @arsenalarsenal5349
    @arsenalarsenal5349 Před 2 lety +4

    mucayyoon tana heddun dinqisiifadha . rabbiin dubara akkanaa nuuf haa baayisu

  • @sabontitiiwallagaasabo6746
    @sabontitiiwallagaasabo6746 Před měsícem

    uuufeee yaa alla lubuun gafa rabiin jedhe malee batuu😢😢😢😢😢

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 Před rokem

    Waaqayyoo fayyaa fi nagaa isiinif haa kennu Ameeen!!💔🙏🙏🙏

  • @YasribAbabiyaa
    @YasribAbabiyaa Před 2 měsíci

    wojiin umurii nu dheeraadha isiin jlanaa lammii koo❤❤❤❤🎉🎉

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube2501 Před 2 lety +4

    Waaqayyoo umrii dherraa sinnif haa kennuu!!💔🥰💔

  • @sabotuusabaa6998
    @sabotuusabaa6998 Před 2 lety +1

    Jireenyii qormataa rabbii umurii isiini haa dhereesuu ❤❤❤❤senaan kesaan waa Bay.ee nama barsisaa

  • @maquyaqa5998
    @maquyaqa5998 Před 2 lety +1

    Rabii umrii dheraa sii haa kenu 😭😭😭😭😭❤

  • @gchhx1031
    @gchhx1031 Před rokem +1

    Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa alhaa😘😘😘👍👍👍

  • @obsingolden8750
    @obsingolden8750 Před 2 lety +3

    Yooyyaa anaa dhufu yeroo Jaalalaa ❤

  • @muntahafiqer6055
    @muntahafiqer6055 Před rokem +1

    mashallah,rabin,umri,siin,haa,dheresuu

  • @sisaayisisaayi4781
    @sisaayisisaayi4781 Před 4 měsíci

    Dhugaa bayyee namaati toluu anu waan bayyeen irraa baradhe ❤❤❤

  • @ashakabadda2022
    @ashakabadda2022 Před 2 lety +2

    Bagaa Goftaa si Gargaree Haadhoo Koo uuuuffffff😭😭

  • @birehanadeba4194
    @birehanadeba4194 Před 2 lety +2

    Dhugaa dha kuni waan baayyee nama garamuudha
    Horraa bullaa walliin

  • @hannabarecha8808
    @hannabarecha8808 Před 2 lety +2

    Waaqaayo ebbifama hati manasacitudha jabadha

  • @ratnakumar6599
    @ratnakumar6599 Před rokem

    Gooftaa waan hundumaa iirraati baga garagaree obboolee keenyaa fi obboleeti keenyaati Ebbifamaa bara jeenyaa keessa Gutumaa Ebbifamaa dachaa

  • @user-sx9cb8er8z
    @user-sx9cb8er8z Před 21 dnem

    Rabbin humna sif hata,u❤❤❤

  • @mazamaza4308
    @mazamaza4308 Před 2 měsíci

    Duubartii jabduuf gurbaa cimmaa waqayyoo waalif isiin haa jiraachisu

  • @TulluGudaselale
    @TulluGudaselale Před 8 měsíci

    Waaqayyo umurii siniif haa dheeressu

  • @jamelaj1120
    @jamelaj1120 Před 5 měsíci

    Rabbii wojiin isinii haa tusisuu jabadhaa umurii nuu dheeraadha bayyee isiin jalanaa lammii koo

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 Před 2 lety +1

    dhugaa ati nama jabadhaa bayyeen isiin diqisisifadha ebbifamaa 💕💕💕🙏🙏🙏

  • @SaraSara-mv7rt
    @SaraSara-mv7rt Před rokem

    Waaqayyoo Umurii Dherraa Waaliinni Isiinf Haa Kennu Dhugaa Baay ee Namatti Tola

  • @shimalisfikadu7087
    @shimalisfikadu7087 Před 2 lety

    Uuuuffffff dhugumaati waqayyoo gooftaan isin haa eebbisuu umrii dheeraa jiraadha

  • @shawayebiranu3672
    @shawayebiranu3672 Před 2 lety

    Waqaayoo umurii dheraa sinif haa kenuu jalalii dhugaan alaratii hin hunda,uu cimtuu dubartii🥰🥰🥰🥰

  • @abdelajemal2182
    @abdelajemal2182 Před rokem

    Isheedhas tan akka isheedhaa rabbiin nuuf haa baay'isu

  • @sabnikooromoo6008
    @sabnikooromoo6008 Před 2 lety

    Dhugaa bayyee si dinqisifaadhee fayye too akkasumaa dhiiraa samuu guddaa kana caala mudhaadhuu atii harkaa hin qabne akka Namaa qabutii yadii jabaa Namaa horaa Bula jedha!

  • @zamzambadhaaso9445
    @zamzambadhaaso9445 Před 2 lety

    bayee Namati tolaa rabbii wolifi isin.hadhisi jalalaa keessaan jabefadha

  • @jibriilaadam8239
    @jibriilaadam8239 Před 2 lety +5

    𝒘𝒍𝒚 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂 𝒏𝒊𝒏 𝒃𝒐𝒚𝒚𝒆𝒆𝒆😭😭😭😭😭

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před 2 lety

    Uuuuuuuufffffff😭😭😭😭😭waaqayyoo gooftaan umurii keessaan haa dheereessuu waliif jiraadhaa baay'ee namattii toltuu❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰

  • @fhuu9608
    @fhuu9608 Před 10 měsíci

    Hadha warra kutanoo qabdu fi abba warra kutanoo qabu❤❤❤umri waliin dheradha

  • @dastaatube8371
    @dastaatube8371 Před rokem

    Dhugaa barumsaa guddaa qaba 💘💘💘💘💘

  • @radiyaradiya4914
    @radiyaradiya4914 Před 2 lety +2

    Abashiir Amalee Rabbii sii jirraa

  • @makyamakya6175
    @makyamakya6175 Před 2 lety +1

    Bagaa rabiin sii fayisee 😭😭😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭😭❤🤲🤲🤲

  • @fiqaduu
    @fiqaduu Před 2 lety +1

    Wwwwwwee Bayee baredade waqayyoo si ebbisuu dachaa dachaa ebbifamaa ✊✊✊✊✊✊✊✊♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️

  • @mobileplus6425
    @mobileplus6425 Před rokem

    Bagaa waaqayyoo siini miilkeesee

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety

    Waqayyoo walin sin yaa bulchuu akasumas rabbii baga lubbuu kee basee 🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260

    uuuufff jalalla jeechu kan Dhugaa rabbi hangaa dhumaati wajjin isniin haa jiraachisuu😘😘😘

  • @FatimaFatima-bi2fs
    @FatimaFatima-bi2fs Před 2 lety +2

    Maashaaa maashaaa maashaaa maashaaa maashaaa maashaaa tabarakallah

  • @user-gr7yf4ux3i
    @user-gr7yf4ux3i Před 2 lety +2

    Umurii dheertuu Nuuf jiraadha jajjabee keenya 😭💞💞🥰🥰

  • @kulleeaddunyaa7010
    @kulleeaddunyaa7010 Před 2 lety +1

    Wow baay'ee namaati tolaa jabaadha ❤️❤️❤️❤️😍😍.

  • @cgvb6766
    @cgvb6766 Před rokem

    Maaloo ijoollee kana ilaaleen imimmaan koo qabachuu dadhabe kutataa mucaa kutattuu mucayyoo

  • @senayit9777
    @senayit9777 Před 2 lety +3

    Abshir ya habibti 😍🙏

  • @user-pm4wv5lg3k
    @user-pm4wv5lg3k Před rokem

    Jalaltijammadha rabbin walbira issin haatursisu 😊hama giddu kesan hinsenin❤❤

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 Před rokem

    Galaata Waqayyoo Uulfiini Uumaa keenyaa haata'uu bagaa Waaqayyo jalaalla isiiniif kennee

  • @abdomohammed6945
    @abdomohammed6945 Před 2 lety

    Wolahi nan.boye one dhuga.wol.jalanan.aka.ijole.kanati.haa.jabanu.obolesa.koo.harki.lutis.ijis.woma.miti.lubu.keyu.baga.si.base.jenatan.si.haa.gamachisuuu👏👏👏👏👏✍️✍️✍️✍️🎂🎂🎂🍍🍍🤳🤳💯

  • @yegebriellij1832
    @yegebriellij1832 Před rokem

    nama jabbaa waqayoo sihaa ebisuu dhugaa ati nama jabbadhaa

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuufffffff mee Lakofsa isa na erga mee adara

  • @nameebekele967
    @nameebekele967 Před 2 lety

    Waaqayyo Umurii Dheeraaf Qabeenya Gahaadhaan Isin haa Eebbisu

  • @imaanmuyee4013
    @imaanmuyee4013 Před rokem

    Wwaawww seena heddu garaa nama nyaatu Dhugaa,

  • @uaeuae-ej6xz
    @uaeuae-ej6xz Před 7 měsíci

    Rabbii woliin issiin hatursu

  • @user-cm6no7cn6o
    @user-cm6no7cn6o Před 2 měsíci

    😭😭😭😭😭 dubaratii cimitudhaa atii jabadhuu

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx Před 2 lety

    Wwwwwwww bayye garidha jajabe nama jabadhu waqayo sii fana haa ta u azoshi bro waqayo jira

  • @user-lh7ww7on5y
    @user-lh7ww7on5y Před 8 měsíci

    jalala dhuga jechun kana 💯💯❤❤💔💔

  • @halimashaikh3146
    @halimashaikh3146 Před 2 lety

    Wwwwwwwuu.ammas.jabadhuu.itti.fufii.Rabbi.haa.gargaruu

  • @gaaddiseegaaddisee334
    @gaaddiseegaaddisee334 Před 2 lety

    Jaalalii mo'aadha kan Jalala hin beeknef baruumsa gudda Qabaa Ebbifama

  • @BiyyaaKootif
    @BiyyaaKootif Před měsícem

    Maashaallaah ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @burte95
    @burte95 Před rokem

    Uuuuuf ba'ayee namaa ciciimoo fi jalaatamoo keenya jabaadha isiin jeena guuda namaatt toltuu❤❤❤the first night of ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem

    Mashaalaa bagaa rabinii sifayise

  • @sabontuuoromoo9767
    @sabontuuoromoo9767 Před 2 lety

    Waqaayyo waliin hisiin haa jiraachisuu humurii dheeraa

  • @birhaneelove2299
    @birhaneelove2299 Před 2 lety

    Rabiin umurii keessan ha dherreessu

  • @gadisemamo4909
    @gadisemamo4909 Před 2 lety

    Wowow waqayyoo garidhaa dubartin kun dubartii enyumaf fakkenyaa qabduu umurii dheradhaa walin wowo

  • @kaanenus6748
    @kaanenus6748 Před 2 lety +1

    woowwuu dhugaa dubachuu waan bay'ee namaafi abdii gudadhaa

  • @fayinedenabo9744
    @fayinedenabo9744 Před 2 lety +12

    Amazing good job 👌

    • @beletudebele5964
      @beletudebele5964 Před 2 lety +1

      😭😭🤲🙏💕💕

    • @hdgfyy4049
      @hdgfyy4049 Před 2 lety

      jajabee koo waqaayyoo sii haa eebbisuu nama koo

    • @hdgfyy4049
      @hdgfyy4049 Před 2 lety

      😘😘😘😘🤲🤲🤲🤲🤲🌹🌹🌹🌹🌹🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏

    • @ayisha.nagash3520
      @ayisha.nagash3520 Před rokem

      8331yj

  • @abdelajemal2182
    @abdelajemal2182 Před rokem

    Umrii waliinuu isin haa dheereessu

  • @SisayAsrat-m9e
    @SisayAsrat-m9e Před 21 dnem

    Waqqayyoo isin yaa ebisuu

  • @burtelemma200
    @burtelemma200 Před 2 lety

    Waaqayyoo umrii dherraa sinnif haa kennuu Jabadha ::

  • @user-mu8fo5tt5x
    @user-mu8fo5tt5x Před 5 měsíci

    Nama Ajibati dhugaa👍👍👍