Yeroo Jaalalaa Kutaa 2ffaafi xummuraa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 01. 2023
  • Yeroo Jaalalaa
  • Zábava

Komentáře • 288

  • @KadeejaAe-qz9xt
    @KadeejaAe-qz9xt Před 11 měsíci +1

    Omg😢uuuuff jalala akanaa esaa argatuu baraa kanaa rabii urmii walii sii yaa dhersuu

  • @ateqanaeem9178
    @ateqanaeem9178 Před 5 měsíci +1

    Wolahi vidiyo kana ilalun nati tola mashalaha umuri dhertu rabin isin hakenu .🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @AliAbouzghaeb-ex4zm
    @AliAbouzghaeb-ex4zm Před rokem +1

    Masha Allah Masha Allah bayyee natti tole jaalalli keessan umurii dheerradhaa horaa dagaagaa jalalaaf gammachuun walfaana turaa umurii dheerinaan maatiikeessan waliin naaf jiraadhaa obboleewwankoo bayyeen isin jaalladha

  • @noufjuma6629
    @noufjuma6629 Před rokem +2

    Uuuuufff jalalaa dhuga jiirra bakaa jiiruu 😭😭 yeero kenyaa moo qareshe dhaa 🥺 ani jechaa qabuu maddaa gudaa na kessa jiirra 😭

  • @netsanetabagissa1464
    @netsanetabagissa1464 Před rokem +4

    በጣም ደስ የሚል የፍቅር እግዚአብሔር አምላክ ዘመናቹው ዘላለማቹው ይባሪካቹው ለትውድ መልካም ምሳሌች ናቸው

  • @leensaadamee1563
    @leensaadamee1563 Před rokem +9

    Dhugumaa jechi intalaa na aja'ibee
    Laman isaanittu siidaa jaalalaati
    Ammarre wajjin jiraadhaa bara dheeraa❤️

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 Před rokem +2

    Abboo rabbii dandeetti ofiitti ammaasii woliitti isiini haa urgeessuu
    Woggaa kumaa wojjiin turaa
    Monii please maatii karaakeetti manguddoo ergii araarsii
    Qophiimaa yeroo jalaalaa irraatti sii egaana Abdiin
    Maaloo ni dandeessaa maatii Woggaa dheera addaan turaan kanaa woliitti fidii hadaara moniyyee
    Maaloo #OBN IJJOOLLEE KANAA MAATII ISAANITTI ARAARSAA NI DANDEESSAAN HUMNAA QABDAN JARSUMAAN FIXAA OBN ABDIIN ISIINI EGAANA ARAARA MAATII KANAA ASUMAARRAATTII

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 Před rokem +4

    Dhugaa waddaan kan nama basiisaa!! Jabbadhaa kanuuma caala karaa hundummaan milkaa'a!! Maatitti araarramuun garuu dinqaama keessaan obn jaarsummaa deemaf 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @yordenosshewa2821
    @yordenosshewa2821 Před rokem +1

    Waaqayyoon umrii dheeraa walin sin haa jirachisuu dhugaa Baayyee namaatti toltuu isin namaaf fakkeenyaa Guddaa tatuu horaa Baayyadha💚❤💚❤💚❤

  • @tsehayfeyisa1554
    @tsehayfeyisa1554 Před rokem +2

    Wawwww baay'ee namati tolaa dhugaa waqayoo umurii dheraa wajin sin hajirachisuu dhugaa ❤💚❤🙏

  • @madinaaahmed6736
    @madinaaahmed6736 Před rokem +5

    Bayee namatii toltuu jalala dhugaa ❤️❤️❤️❤️

  • @lelolelo3681
    @lelolelo3681 Před rokem +1

    dhugaa bayee garaa namaa nyutuu waqaayyoo isifanaa jiraa namii fulaa dhowatusii jalalii kesanii kanii dhugatii🥰🥰🥰

  • @mashoohalluuhalluu5819
    @mashoohalluuhalluu5819 Před rokem +1

    💞💞💞waaqayoo umurii dhertuu fayaa gutuu waliin isinif hakenuu

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt Před měsícem

    ittii nuu dabalaa wly bayyee das naa jedhee hadaraa keessaanii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-id6my3ck3j
    @user-id6my3ck3j Před rokem +1

    Jaalalaa cimaaf aja'ibaadha.❤ baga waqqaayyoo konkolaataa sana keessaa isiin basee. Amazing❤❤❤❤

  • @hiree1568
    @hiree1568 Před rokem +1

    Biliseen Obboleetti koo Angafaa takka fakkaati dhugaa
    Jaalalli akkanaas jiraa edaa waggaa 10 guutu jaalalleshe jette maatii isherra adda baatee dhugummatii dubarti jabduudha jaalallii moo'adha❤️💔

  • @shamsiiintalaaoromo6468
    @shamsiiintalaaoromo6468 Před rokem +1

    Rabbii waliin umurii dheraa isiinif haa Latuu ❤💚❤👌

  • @toleshukumalaa7913
    @toleshukumalaa7913 Před rokem +6

    OMG 😲
    Rabbiin barakeessan hunda haa'eebbisu!!

  • @shaggeetube2322
    @shaggeetube2322 Před rokem +1

    Jechaan ittiin issin ibsuu qabuu
    Umuriii dheraa waliin jiradhaa♥️💖

  • @tolashigooftaa1276
    @tolashigooftaa1276 Před rokem +1

    baaye garaa nama nyaatu uuuffffee jalali akkis jiraa maloo yeroo kanaa waqayyoo umurii dhirraa sin haa keenu😭😭❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹

  • @atinaf9054
    @atinaf9054 Před rokem

    Dhugaa waqqaayyoo jalala keessan amalee dacha haa jabessuu bayy'ee kan nama ajibudha anaf barumasaa guddaa naf kenee dhugaa ajaibaa!!

  • @bezab2563
    @bezab2563 Před rokem

    H m g rabiin baraf umri keessani yaa dheresuu dhugaa jalalaa utubaa hin jignedha

  • @Gelila67
    @Gelila67 Před rokem

    በጣም ድስ የምለው ደግሞ ዘሬም አዲስ ነው ፍቅረቸው እግዚአብሔር እስካ መጨረሻ ያርግለቹ ዋው እውነት በጣም ድስ ይለል

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před rokem +1

    Rabbii umurii walin sin yaa dheresuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💖💯

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Před rokem +1

    Waaqayyoo gooftaan maatii keessan wojiin wolitti isin haa araarsuu🙏🙏🙏🤲🤲🤲❤❤🥰🥰

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před rokem +2

    Waaqayyoo maatii keetiin Wal isin haa araarsuu😢
    Horaa bulaa arrii waliin filaadha🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹😍😍😍

  • @imuugirma7179
    @imuugirma7179 Před rokem +2

    Waqayyoo umrii isinii ha dhersuu wajiin eebbifamaa ❤❤

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii koo

  • @mdamina1960
    @mdamina1960 Před rokem

    Rabbi urmii woliin isiin haa tursiisuu. Garuu worrii kee gowwaadha yaa Obboletii tiyyaa. Dhimma isaniitii isiin jalala kesaniin jiraadhaa🥰🥰🥰🥰🌹

  • @kametihintalaoromoyoutube9774

    Mashaa Allah Mashaa Allah Rabbiin wolifi isiin haa dhisuu🌹💯✅💞💞

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt Před měsícem

    Mashaa alhaa sanyii koo ijaraa hafii mashaa alhaa ijaraa hafii qàlii namaa💓💓💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💘💚💚💚💚💚💚💚💘💘💘🫶🫶🫶🫶🫶🫶🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯🫶🫶💘💚💚💚💗💗💗💗mashaa alhaa qàlii koo

  • @kiyyaatadelee5934
    @kiyyaatadelee5934 Před rokem

    Waaqayyoo amma illee waalin isiin haa jiraachiisu jaalalaa dhugaa jechuun isaa akkasitti dhugaa❤❤💚💚

  • @Sabboontuu563
    @Sabboontuu563 Před rokem

    Dhugaa Rabbii bayyee namaa ajiabaa Rabbii wolini issini haa tursisuu

  • @burteeoromoo8255
    @burteeoromoo8255 Před rokem +2

    Bagaa waqqayyoo isinii gargaree jalalaa dhugaa 💚❤️💚❤️💔💔💔💔😭😭😭

  • @gelaneiali4890
    @gelaneiali4890 Před rokem

    Uuuuuuufffffffffeeeee waqaayyoo guddaan waliin sina jirachisu amma dhumatti wal jalacha afaa jalalaa dhugaa jalalaa onnee laphee dhugaa waqaayyoo wajjiin sina bulchuu jechaan dhabee dhugaa Uuuuuuufffffffffeeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kumeedamana7163
    @kumeedamana7163 Před rokem

    Wowwww waqayoo isnii haa ebisuu ebifamaa kanuma calatii waqayoo isnii wajin haa ta uu

  • @user-jr9tr4kt1g
    @user-jr9tr4kt1g Před rokem

    wooowoo jallalaa mi.oftuu byyee namatii tolaa dhugaa

  • @baqqaluugaddisaa
    @baqqaluugaddisaa Před rokem

    Maloo obn dhumaa gahilaa kanaa ararsaa mee karaa kessan yalaa addaraa addaraa dhumaa gahilaa kanaa akkaa arginuu matitii nuf ararsaa maqaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏obn sagalee umataa

  • @user-cw9nw2lk4z
    @user-cw9nw2lk4z Před 4 měsíci

    Aniti nati. Tolani Wly jirdha umuri dheeradha🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 Před rokem

    Jalallaa dhugaa waqayoo jalalla isiniif haa dabaluuu matii jalalaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤💚❤

  • @kedanayemariyam1323
    @kedanayemariyam1323 Před rokem

    Siintayyoo haayyuu jalaalatti dhugaa waaqa umurii dheeraa jiradhaa maatti keessananis gara araara akka deebi,a obn yeeroo jalaaala gahee taphachuu qaba

  • @jorskj2998
    @jorskj2998 Před 6 měsíci

    Woowwoo bayee namatii toltuu umrii dheraa walin jiradhaa❤❤❤❤

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem

    Subahanallah bagaa rabinii isinii basee

  • @emebettesfaye9807
    @emebettesfaye9807 Před rokem

    giiftiikoo na gaddisiiste maatiinkee moo'amuunsaanii hin hafu jabaadhu

  • @shanshy3262
    @shanshy3262 Před rokem

    Monee anillee Akkasumaa dhugaa ergaan gaheela godhee waggaa 11 garuu matin koo hangaa Ammaa naaf dhiisuu didaan yaada koon walfakkaata😢😢😢😢😢😢

  • @lumibasha8696
    @lumibasha8696 Před rokem

    Wawu waqayoni jalala kecha isinifi yaa dabalu baye namati tolitu 😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍

  • @yegebriellij1832
    @yegebriellij1832 Před rokem

    waqqayoo mana kessaan isinifhaa ebbisuu😍 😍garuu malii matii oboletii tenyaa bay'ee gara jabbodhaa

  • @GetiHunde
    @GetiHunde Před měsícem

    Dhugaa wanii bayyee sinirra barradhee ebifamii hoorraa❤❤❤❤❤

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945 Před rokem +1

    Wowwww 💘umurii dhertuu isinif hakenuu rabbiin

  • @aminaapp9356
    @aminaapp9356 Před rokem +3

    Dhugaa Rabbii hedduu onnee nama tuqaa😭😭😭

  • @makeyagirsha6329
    @makeyagirsha6329 Před rokem

    Dhugaa rabbii seenaa aaddaatti walin isin haa tursisuu

  • @gannathusseen4597
    @gannathusseen4597 Před rokem

    woowowowowow dhugaa bayyee namati tola wora badhadha ani waa bayyee isinina baradhe

  • @bruambru9512
    @bruambru9512 Před rokem

    Wowo waqaayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamaa😍😍😍😍

  • @ShamshudinAhmed
    @ShamshudinAhmed Před 5 měsíci

    Mashallaha rabbii amale isini hagabbiisuu

  • @sisai1235
    @sisai1235 Před rokem +1

    Anisii akkuumaa isheetii seenani koo

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před rokem

    Uuuuuuufffee Mali maatii kee akkasii gara jabbatu waqqayyoo siif jiraa jabadhaa

  • @kaddesik1646
    @kaddesik1646 Před rokem

    Waqqaayyoo hamaa ilee omtu jidduu keessaan in galiin jalalii keessaan jabatee haa dhabatu oraa mulaa

  • @nimonat932
    @nimonat932 Před rokem

    Waan addaadha waadaan waadaadha bagaa araaramu didan dhiisa isiin jireenya mataa keessani jiraadha

  • @tadelchlemiwhaanaa7050

    Waqqayo yaa galtomuu amalee waqqayoo isin yaa ebbesuu jalalii garidha 👍

  • @iftuuoromoo5547
    @iftuuoromoo5547 Před rokem

    Garaa nama balleessa seenan isaani dhugaa warra keessanis rabbi isiniif haa araarsu

  • @dasitakoot5426
    @dasitakoot5426 Před rokem

    waqaayyoo kanaa caalaa mana keessaan haa ebbisuu horaa bayaadha kana calaa💟💟💟

  • @khaledmohammed5418
    @khaledmohammed5418 Před rokem +3

    Dhugaa rabi baay'ee namaa hawwatuu🤣🤣😘😘😘😘😘😘

  • @borticanbortican9463
    @borticanbortican9463 Před rokem +1

    Dhugaa seenaa bayyee gara nama nyatudhaa umri dheeraa walifi jiradhaa hooraa bulaa 😥😥😥💔💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @kadirmartuofficial
    @kadirmartuofficial Před rokem +1

    Waa heddu irraa barrane
    Yeroo jaalala akkana nuu
    Keessanif galatooma

  • @buzeetube5898
    @buzeetube5898 Před rokem

    Yaa rabii kiyyaa bayyee lapheen naa Cabee dhugaa

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt Před měsícem

    senaa kunii kiyyaa fakkattaa jabbadhaa wly❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @dabasafera1594
    @dabasafera1594 Před rokem

    Ammayyuu Horaa Dagaagaa, Seenaa Baayee Barsiisaadha.

  • @QosanAyele
    @QosanAyele Před 11 dny

    Waaqayoo jaalala dhugaa naamaf Yaa keenu

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem +1

    Malii qabaa ossoo jalalii namaa hudatuu akanatii galimaa gayee😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @sabontuu.jimmaa784
    @sabontuu.jimmaa784 Před rokem

    Bayyee.namaa.tolala.jalalii.dhugaa.❤❤❤❤❤❤😘😘😘👍👍💯💯💯

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul2150 Před rokem +2

    እግዚአብሔር ትዳችሁን ይባርክ በጣም ይሚገርም ፍቅር ነው።

    • @aeeazz9625
      @aeeazz9625 Před rokem

      ☘️🍀🌷🌹🌾🌷🌹☘️🍀

  • @kasiyetesfaye9371
    @kasiyetesfaye9371 Před rokem

    Maashaahaallaa horaa bayyadhaa wanii namaa gamachiisauu

  • @CaltuChantu-ww3rm
    @CaltuChantu-ww3rm Před 9 měsíci

    Wowow baay'ee namatii tola dhugaa❤❤❤❤

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem

    Rabinii umirii erituu fayaa isinii hawaa 😘😘😘😘😘

  • @nimonamegersa4113
    @nimonamegersa4113 Před rokem

    waadaa kabajuu beektu dhugaa! rabbii sinyaa kaabaju

  • @sisai1235
    @sisai1235 Před rokem +1

    Anisii waggaa 9ffaadhaa ergasni maatii kiyyaan addaa bahee

  • @badruuyahya
    @badruuyahya Před rokem

    Ayyiii Maatin Araraamuu qaabaan dhugaa

  • @genetdirre4486
    @genetdirre4486 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤waaqayyoo walin isiin haa ebbisuu

  • @eyerushanb6341
    @eyerushanb6341 Před 11 měsíci

    waqayoo.umurii.kesan.haa.ersui❤❤❤

  • @haadhaasifan
    @haadhaasifan Před rokem

    Waaqayyo jireenya kessa hangaa dhumaati cimsee sinaah dhabuu 🥰🥰🙏

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc Před 28 dny

    Wawoo bayee namaati tolaa dhugaa horaa badhadhaa

  • @rsawwss6561
    @rsawwss6561 Před rokem +1

    Dhugaa wan bayyee baradhee dhugaa bayyen sin jaaladhe

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @daraldagalataawaqaayyoo5118

    Dhugaa barumsaa guddaa qabbaa kunnii jalalaa issaa gudadhaa jalalaa jechuunii issaa kannaa hagaa dhumattii wallii jarachuu bayy.ee namaa gamachissaa jalalii kessaa bayy.ee namatii tollaa ammasii jalalaa jabefadhaa 💔💔💔💕💕💑💑

  • @siifaangazah3687
    @siifaangazah3687 Před rokem

    Wow baayyee namati tola dhuga ❤

  • @danielbekuma8580
    @danielbekuma8580 Před 7 měsíci

    Hanga dhumaa siniif yaa ta'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @birhanidebele1947
    @birhanidebele1947 Před rokem +1

    Shawwa lixaa lemanii biyaa koo❤❤😍😘😘

  • @fitalenegashu6846
    @fitalenegashu6846 Před rokem

    Wwwwwwwo bay'ee namtii tolaa ebfmii waqaayoo walnii

  • @KoketAsefa-nd5xz
    @KoketAsefa-nd5xz Před rokem

    Jaalala dhugaa gochaan mirkanaa'e heedduu irraa barannee!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @kisokiso6723
    @kisokiso6723 Před 11 měsíci

    Wow..!❤❤ seenaa ajaa'ibaa

  • @user-br9gm4vy5h
    @user-br9gm4vy5h Před rokem

    Rabiniumrii isini haa dhersuu

  • @user-im7qm3oi8i
    @user-im7qm3oi8i Před 10 měsíci

    Dhugumaa jaalaala dhugaa waali qabaduu !!!!

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Před rokem

    Amishirii kerimafi rabinii isinii haijaruu

  • @daameebiiranuu4088
    @daameebiiranuu4088 Před rokem

    Wowowow dhugaa haa jayiibaa kun

  • @hawihawi1330
    @hawihawi1330 Před rokem

    Woow namati toltu waaqayoo bara keessan sinif hadhereesu

  • @sabirina578
    @sabirina578 Před rokem

    Yeroo.amma.jalaalli.dhugaan.hin.jiru.waali.umri.dheeradha

  • @obseereggaasaa6622
    @obseereggaasaa6622 Před rokem

    Uuuuuffff. Dhugaa bayyee. Nama dhibaa ❤😢🥰

  • @sifaanmuluneh8947
    @sifaanmuluneh8947 Před rokem +4

    Wooowww jalaala dhugaa😢❤❤❤❤

  • @burki7633
    @burki7633 Před rokem +1

    Hebbifamaa.umrriidheradha horra bayyadha

  • @HalimaHalima-fh5it
    @HalimaHalima-fh5it Před rokem

    Rabinii waraa kee sifii haa lafisuu 🥲🥲🥲

  • @user-pf8br8do7o
    @user-pf8br8do7o Před rokem +2

    Wow jallaa dhugaa 🥰🥰

  • @kooketi7326
    @kooketi7326 Před rokem

    bayyee diqisifadha jara kana ❤❤❤