Dhugaa baay’ee nama gamachisa Waaqayyoo ija nagatiin wal siin agarsisuu🤲💔
Waqaayoo tokoo siin yaa godhuu raabii namaa jalaalaa dhugaa bekuuf baay'ee arsaa kafaalaa 💓
Masha Allah baayyee natti tole jaalalli keessan umurii dheerradhaa horaa dagaagaa jalalaaf gammachuun walfaana turaa umurii dheerinaan maatiikeessan waliin
Wow amazing story thank for sharing
Bayyee namati toltaan dhugaa muccaa biyyaa kiyyaa Waaqayyoo jireenyaa gaarii walii sinaa jiraachisuu Gaa'ilaa Eebbifamee siniif yaa ta'u
bayee baredaa jabadhaa waqayoon isiin haa garigaruu siritii rabiin jiraa innii bekkadhaa hundumaa sa'atiif jalalaalii akkanaa kinoo innii dhugaa
❤❤❤❤❤❤❤ 1ኛ ቆሮንቶስ 13
13፤ እንዲህም ከሆነ፥ እምነት ተስፋ ፍቅር እነዚህ ሦስቱ ጸንተው ይኖራሉ፤ ከእነዚህም የሚበልጠው ፍቅር ነው።
Kanan aja'ibsiifadhuu waalittii deebi'uu keessaan qofa!! ❤️❤️❤️
Maashaallaah tabarakallaah Raabbiin urmii keessan wolini isni ha dhersuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mashalaa Rabbiin umrii wolin issin haa dheresuu
Aniis muxaanoo fi mudaanoo Ajiibaaa kaan arsaa luubuu kafaalsiisuu waan qabuuf waqayoo garaa biyaa nagaa naa deebisee rabiii bekaa 👏
Wwwwwww 🎉🎉🎉 waaqaayoo umurii sii hadheerusuu walii
Wwwwwww baye bareda walin bula ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wowow baayee manati tolaa waqayyon jaalala dhumaa qabnee isiniif haa keenuu Umrii dheraa waalif jiradhaa ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo Nagaadhan Siif Haa Galchuu jalaalaa Dhugaa jechuun Kan Umurii dherraa Waaliin jiraadha ♥️♥️
Waaqayyoo yaada kesani fixa isinii yaabasu wajiin horaa bulaa❤❤❤❤
Waqayyoo nagan walin sin haa agarisuu jalala dhugaa yoo dhuma baareda dase nam jedha jabadhaa😘😘😘
Wowow ❤ baayyee namatii tolaa waqayoo walin esin argatuu ❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯❤❤❤
Ameeen Ameeen Ameeen Waaqayyo dhumaa keessaani haa bareechu Ameeen dhugaa waaqayyo bayyee namaatti tolaa nama hawwiissiissaa jalaallii keessaani Rabbii fayyaa fi nagaa isiinif haa kennuu Ameeen!!💔💞💞💞💞💞🤴🤴🤴🤴💟💟💟💟🙏🙏🙏🙏
Tenshu wendem adegeh bezi bemayet betam dess belognal ewedehalew❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo fulaa Gaarii waalii isiin haa agarsisuu waaqayyoo waaliig isiin haa dhisuu 💓💓
Wooooooow jabadhuu waqayyoon si ha gargaruu hadhoko
Anisaa sababa mattin wagaa 4 ade bane garu ama waliti debina kana waqayyoo ganam namaf kene namin ada hin basuuu ijoolee mudano akka koo qabaten obisaa waqayyoo kadhadha😘😘😘😘😘
Wwww rabbii ijaa nagayaan wolittii isiin haa debisuu❤️❤️❤️❤️
Wowowowowow dhugaa waqayoo Bayee namatii tolaa 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Woow baay'ee namati tolaa jaalaleen kee baay'ee sif amaanamtii dhugaa waaqayyoo waaliif isiin haa jiraachisuu yoommiyyuuu amtuun adaan isiin baasii darbaa jiraadha ❤❤❤
Wowowow waqqayyo walii sii yaa gahuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
woww bayee namati tolaa 💖💖💖🙏🙏
Waqaan walin isiin haa jirachusuu❤️❤️
Wow jaalallaa dhugaa🥰♥️♥️♥️
Godhii waaqayoo nagan sifagaalchuu jabaa hilmaa nama Akakee nufakenuu waqaayoo
wowwwjabaadhu❤❤❤❤❤
Thank you very much my sister and brother 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Bayyee wal amanama kiyyaa jecha namaa hin qabin siin jalallana❤❤❤❤
Ameeen nuuf daraarraa nuuf midhaaga nuu uumurii dheraadaa💔💟🙏
Barumsa Bayyee nuf ta,a jira itti fufa
waqayyoo umurii dherra isin ya jirachisuu ❤❤❤❤❤
🙏🙏😘😘😘wow bayyee nama gamachisa sena koo nati fakate😢😢
Wowwww bay'ee namati tola
Waqayyoo gooftaa koo ijaa nagaa waalitii sini haa debisuu maqaa yesusini
❤❤❤❤❤❤❤ wow baay'ee baay'ee namatti tolaa dhugaa dubbachuuf❤❤❤
Waaqayyoo nagan Wal isin haa agarsiisuu dhumnii keessaan haa ebbiifamuu❤️❤️🥰🥰🥰🥰💖💖💞💞💞💞
Wow barumsaa guddadha nufi later eebifami
Wwwwwooo baayee namaa talo ebbifamii
Waqayyoo wal birani isin haa gahu❤❤❤❤❤❤
Woow gammachuudhaan bo'e dhugaa garuu dhumaa irratti adda bahuu jedheen lapheen na dhiphaattee garuu woow kan akka keessani kuni nu ha baay'atuu
Woww❤️❤️❤️❤️💘💘💘🙏🙏
Rabbiin gammachuun walittisin hadeebisu
Www walin sin yaa dhisuu rabbiin 🥰🥰🥰🥰💯💯
Wow bayy'ee namti tollaa obbollesa koo atii jabaadhu
Jaalalli waan hundaa caalaa
Wow wow baayee baayee namtii tolaa dhugaa waqayoo angaa dhumatii sii yaa dhabuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
14:05 wowowo Baye namagamachifitu walini isina hadhisu ❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊
Woww♥️♥️♥️
Wow baayee namati tola seennaa guddadha
maatii ebifaamaa taa'aa
rabbin.walit isin.haa.debisuu♥️♥️💘💘
Woooow bayyee namattii tolaa horaa bulaa
Waaqayyoo nagaadhaan walitti sin haa deebisuu
waqayyoo nagaan waalti isini haa deebisuuuu
Wowo🌹🌹♥️♥️
Wwwwwwooo 😍😍😍
Maaloo senaa kootin xiquma wol gataa Raabbiin nagadhan wolit isiin haa debiisuu
Baayye namatti toltu dhugaa ammallee waaqayyoo jaalala keessan siniif haa ciimsu
Wow jalaali keessan yaa dararuu
Waqayyoo ija nagadha walii sin haa garsisuu dhugaa hora bulaa bayyaadha sanyii garrii argadha 🙏🙏
Jabadhu obolesako
Waqyo aban Kenya isin wajin hatu ishin Ile nagan Kara biyat haa galtu Jalal kesan kanuma cala yaa ohuu
Uuuuffffffffiiiiiiiiiiii jaabadhuu jaalaali Arsaa nama kaalifaalichjsaa ti wali jaabefaa dha isin
Wwwwwwwaaa bayee nama toluu
www jabadha 🥰🥰🥰
🥰😍😍
Dhugaadha obboleessa koo jaabadhuu kaa
Waaawwwooo ❤❤❤❤❤
Milkinii isinif hawaa 🥰🥰🥰❣️❣️❣️❣️❣️❣️✅✅
Rabbiin nagaan waaliiti siin haadebbisuu
Woww 💔💞💞💞💞💞💞🙏🤴🤴🤴🤴💟
Wow heduu namatii tolaa senaa kiyyaan wal fakkataa waqayyoo umrii dheraa siin yaa kenuu
Waqayyoo isiin waliin yaa ta'uu horaa bulaa abboo waliif isiiniif haa qoduu waqnii
Waqaayo sihaa gargaru obsii
Warrii biyyaa alaa jiruu akkamittii lokkofsa kee aragannee
❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰👌
🥰🥰🥰🥰😘😘🙏🙏
Woowwww
Ishoo baga waaqayyoo si gargaaree
Woy jaalala dhugaa❤
Waqayoo wali biraa sin hajirachisuu horaa bayedhaa jala keessan waqayoo dhumaa isaa sinif yaa midhagisuu
Ani gaaruu arsaa bayee kanfalee osoo wali jalanuu maatii koo irraa adda bahee walin jiraanuu biyyaa biyyaa ala dhufee yeroon deebi'utti inni kan nama biraa tahee naa egee
Qarshii kooti hin hafnee ykn isaan hin arganee waanta lamma dhabben tahaa daa'imma walitti qabinaa turee yeroon biyyaa ala dhufu daa'imma koo kunununsa osoo hin argatin guddisuu barumsaa gaarii irree osoo hin argatini hafee 😭😭😭warra naa quname kan enyuu yuu hin qunamin kun ammas qarshii namaraa liqefadhen biyyaa ormaatti deebi'ee waanta bayeen dhabee
Waan hundaafuu gaalaani waqayoof Yaa tahuu
Fayyaa koofi ijoolee kooti nan boonaa
Seenaa koo bayee nama gadsisaa barreeffaman wanta xumuru miti gaaruu waqayoo naa gargaree guyyan biyyaa galee dhufee namonni bayeen narra nibaratuu jedheen yaadaa
Amshir 😥☝️
😥😥