yeroo jaalalaa- Jaalalatu naqabe mala naaf malaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 04. 2021
  • Sabboontuu Mohammad- namnin arge hundi isa natti fakkaata

Komentáře • 284

  • @Dani-mk1qy
    @Dani-mk1qy Před 6 dny +1

    Sabboontu qashitii nama dhugaa sii jalatuu siif haa kenuu waaqayyoo kan jalalalii nama hin goonee hin qabuu abshiri 😢😢😢😢😢

  • @AlaaddiniiSufiyaan
    @AlaaddiniiSufiyaan Před 14 hodinami +1

    ❤❤❤ dhugaa ketii sabbootuu M/D ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @sinbootube9213
    @sinbootube9213 Před 3 lety +13

    wuuuuuu bayye namati tolaa imimani qabachuu dadhabee 😭😭😭😭😭

  • @rsawwss6561
    @rsawwss6561 Před 3 lety +17

    Lubbuu tiyyaa jaalalii jamaadhaa rabbii sabrii sif haa keennuu

  • @raniddranidd2769
    @raniddranidd2769 Před 3 lety +19

    Gurbaa isheen jalaattee dhistee nuuf fidii maloo qophii baredaadhaa

  • @kamiljamaal667
    @kamiljamaal667 Před 2 lety +11

    Jalala tana oso jirachu baate nati tola ture

  • @user-bt9tg8ho7t
    @user-bt9tg8ho7t Před 4 měsíci +2

    Rabbii wolitii isin ha debisu sabbonittuu tiya abshirii qaliyee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jalallii hedduu namma mitii

  • @NagaasaaMishaa
    @NagaasaaMishaa Před rokem +3

    Adeeroo, Waaqa jaalala uumef jedhiitii, garaan araaramiif!

  • @user-tn7vs7di8y
    @user-tn7vs7di8y Před 4 měsíci +1

    Yaa mucayyoo bareeduu sii nama kana jaalatuu tanaa esse kan akkamii jalataa innii raabbiyyuu issaa hin dhissuu dhugaa rabbii. Kan akka kees hin argatuu eshii.

  • @ayyantuwarrawancii8727
    @ayyantuwarrawancii8727 Před 3 lety +5

    Uuufffffff jaalala kana akkaa kooti ati bareedduu koo 😭😭😭

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 Před rokem +3

    Wayii carra dubartii amma illee garaa hin murane wayii bada jalala hamtuu kana waqayyoo walitti sin haa deebisuu kaa isaaf qalbii haa Kennuu barreeduu keenyaa 😍 😍 😍

  • @iftuuabdii2931
    @iftuuabdii2931 Před 3 lety +3

    Dhugaa keti yaa sabontuu tenyaa rabbiin walliti isiin hafiduu abdii muraatin 💋💋💋💋💋💝💝💝💝💝💝💯💯❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💯❤️💞💞💋💝💋💋😂😂😂😂😂😂💋💋💋💋💋💋😍😍💕💕💕💯💯💘💘💌💋💌💘💘💟💟💘💌💌

  • @jaratesfaye8282
    @jaratesfaye8282 Před 2 lety +10

    how you express your feeling is amazing!

  • @mariitube3397
    @mariitube3397 Před 2 lety +3

    Uuuuuufff Yaa Badaa Jalalaa Akkumaan Naa Tahee Tatee Wallumaanuu Rabbi Sabarii nuf haa kenuu

  • @biftukasahun2699
    @biftukasahun2699 Před rokem +3

    giiftii jaalalaa. itti jabeessi adeeroon ni dhufa.

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 Před rokem

      Kotuu matii nafa tih qalii 💞💓

    • @AsiaShuferii
      @AsiaShuferii Před 13 dny

      Lakii haa dhiftuu amantaa qabduu waqaa kadhatee dhiraa kadhaa debisan calaa dubartii kadhaa debiteetu obsee ta,aa malee dhirii gafaa kadhaa debiyee gafaa itii garaa galfatee dhukee iraa kasaa garuu mucatii garaa namaa nyatii isin shamaraa ta,,eenaa waa isinii dhaamuu yoo dhiraa jatuu one uf amsiisu qabdii yoo kanaa jedhuu yoo inii dhisee akaa dhistuu uf amasisuu qabdii💔💔❤️‍🩹

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260

    Uuuffff Waqayyoon Nageenya fi Ararraa isni Giduuti haa deebisuu. JALALLII Waan namaa hin gone hin Qabduu Obsii haadho koo

  • @drbushiedittoworigo3919
    @drbushiedittoworigo3919 Před rokem +5

    You are amazing. There is nothing more than love. Thanks

  • @gulzarrai43
    @gulzarrai43 Před 6 měsíci +1

    Home away fm home ... Beautiful EBQs ... 🍎🙋

  • @ramadantube7211
    @ramadantube7211 Před 11 měsíci +2

    Www hin sabonye ❤😂😂

  • @munatube1717
    @munatube1717 Před 3 lety +5

    Ayii namaa namaf hin beynee namaa hin jalachisin rabbin

  • @sadaqahtube6523
    @sadaqahtube6523 Před 3 lety +4

    Sabboontuu teenya siifi jaalalleen keetiis walitti akka deebitan abdiin qaba rabbiin wal isin barsiise walitti isin haa deebisu

  • @wadegiza7826
    @wadegiza7826 Před 2 lety +5

    ትክክል ነው እፍፍፍፍፍ ፍቅር በጣም ይከብዳል ዊይይይይ እግዚአብሔር የምወድህን ሰዉ ጋ ያኑሪነኝ💘💘❤❤❤❤💔💔💔

  • @MahadiiAhmad-mm4ss
    @MahadiiAhmad-mm4ss Před 11 měsíci +1

    Sabboontuun kenna aartummaa uumamaan qabachuu isii oro mo talents how mirkaneesse

  • @AbdiiUmar-jz9vu
    @AbdiiUmar-jz9vu Před 11 měsíci +1

    Ya hadiya mahaammda rabbi luubbu ke jiru te sihatoluchu

  • @kassahunhaile5862
    @kassahunhaile5862 Před 3 lety +5

    Milkii gaarii sagantaa guddatu ta'aa.

  • @user-yj6rg1wc2q
    @user-yj6rg1wc2q Před 2 měsíci

    sabboontu teenya seenaan kee heddu gara nama nyaata garuu amma heerumtee moo akkami hamdiyyaa teenya nuu gafadhuu mee

  • @Abdiiboruu-rl7ye
    @Abdiiboruu-rl7ye Před rokem +1

    Baay'ee namatti tola jabaadhaa itti fufaa💞💞💞💞💞👍👍👀💕👈

  • @Nasiiiraajimmaasanyiimotii

    Jaalaltii wan naama hingoonee hin qabdduuu

  • @shaataadoolar1835
    @shaataadoolar1835 Před 3 lety

    waa ee tanaa xumureeti jira
    garuu baayee dheebooteeti jirta
    dheebuu si haa baasu

  • @abershashenafi8735
    @abershashenafi8735 Před 3 lety +4

    Waqayoo jiraa homaa mitii jabinaa

  • @vshhssvshshhs6334
    @vshhssvshshhs6334 Před 3 lety +5

    JALAALA!!!!!!!! Mee lakk kee asii jalaatti bareessa

  • @fikadutegegn8446
    @fikadutegegn8446 Před 4 měsíci +1

    maalo tokko isanii naafii kennimee adaraakee

  • @obsinantube6914
    @obsinantube6914 Před rokem +1

    Jabadhuu. mee atis manakoo kotuu matti naaf tayyi

  • @bilisaatube4026
    @bilisaatube4026 Před 2 lety +2

    jaalalti salphaadha.hin ullfaattu yoo namni salphise

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety +1

    Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa karatti hafnee aswrwb Kanaafuu Hidhiin golgola dukkana ifaa Eegumsaa goototaa International Siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad

  • @user-sd9gx9lz2f
    @user-sd9gx9lz2f Před rokem

    Waayi jalalaa garaa nama nyaata.Qophii keessan yeroon dhagaahee ana illee seenaa darbee naati kaftani.Nuuf jiraadha.Qophii keessan akka malee nama tola.

  • @abdimedia12
    @abdimedia12 Před 5 měsíci +1

    Jalali ibidaa dhamanee

  • @tedirosgazagntadasa653
    @tedirosgazagntadasa653 Před rokem +1

    ati micayyoo jaallatamuu qabduudha walittii araarama adaraa jalalaa

  • @user-rd3gq7zf6b
    @user-rd3gq7zf6b Před 3 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @Dm-yi8fu
    @Dm-yi8fu Před rokem +2

    Duga jate wly 😭😭😭💔💔💔

  • @fatmehkamal5846
    @fatmehkamal5846 Před 2 lety +3

    Woy yaa badaa jallalaa😭😭😭😭😭😭

  • @user-qt5tv1pg1w
    @user-qt5tv1pg1w Před 8 měsíci +1

    Giiftii jaalala

  • @amanehusen815
    @amanehusen815 Před 3 lety +2

    Ufii nuu yadachiftanii..akamii.garaa.nanyatee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety +2

    Nyaataanis haqa gaafa xiiqii Eegumsaa dhoksaa Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia duula Eegumsaafi Beekumsi deemsis kurreejilbaatiif mariin taa'ee koottuu proIddoosaa line dubarttoonnii Taaddee Birruu mandisni kolfaan dhumnee yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa GzxHamdiyaa Muhammad aswrwb Alhamdulillah

  • @user-zx5fm8jh6w
    @user-zx5fm8jh6w Před 6 měsíci +1

    Sabonitu si jaladha

  • @laftitenyalafeetenyaa2427

    Jalalii midhaa gudoo qabaa kaan bekuuf jalalii dhukubaa gudoo namnii namaraa bekuu hin dande.enef yalaas hin qabnedhaa dhugaa

  • @diimaappe3475
    @diimaappe3475 Před 3 lety +2

    Seenaa akka tii Anna tuu qaba dhuga miicciiyoo akka luubuu tana Anna feetii gara annatii himachuu nii sodatii akkam haa godhuu mee Amma tana higaa sabontu yeee

  • @ermiman-5874
    @ermiman-5874 Před rokem +1

    Haamdiha mammed nuuf jiraadhu Malo!!

  • @IbsaKadir-hq7rc
    @IbsaKadir-hq7rc Před 11 měsíci +1

    Arjomsaffii akkattii martee

  • @habtereta689
    @habtereta689 Před 2 lety +1

    Yeah Love is powerful

  • @bilisetube6479
    @bilisetube6479 Před 3 lety +1

    Bayee bareddaa jabadha

  • @tarikutadesa3042
    @tarikutadesa3042 Před rokem +1

    Amazing you are

  • @hananhanani1995
    @hananhanani1995 Před 2 lety +1

    Way jalaala ❤❤❤❤iloveyou

  • @waqaayyoobekkaadhaa171

    Misikinaa wly abshiri rabumaatuu jiraa💔💔💔

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před rokem +1

    Dansaadha. Continue more language........ Jajjabaadha

  • @nabillaasulxaanmama9782
    @nabillaasulxaanmama9782 Před 3 lety +1

    Dhugaa kettii kani jalatuu keka Jallalaa

  • @user-yd4is4qi5h
    @user-yd4is4qi5h Před rokem +1

    Hamdiyaa dubbiin teetuu anaan qalbii nafuuteem hhhhh

  • @samfey1943
    @samfey1943 Před rokem +1

    Shagittu aka seee Mya desa.

  • @fikirtemekonin6053
    @fikirtemekonin6053 Před rokem

    Bareeduu koo atuu jalatamtu wayyitti kan akkaa kee dhugaa jirtuu dubbatu hin jiruu waqayyoo yoo ketii jedhee sif haa debbisuu yoo ta'uu batee moo kan sijalatu kan akkaa kee onnee jalalaa qabuu kan si jalatu rabbii sif haa kennu jabduu namaa

  • @arafateelubbuyee2779
    @arafateelubbuyee2779 Před 2 lety +2

    Wowwwww 💝💝💝💝💝💝💝

  • @esaksherefudin6061
    @esaksherefudin6061 Před 3 lety +2

    Wow I love you

  • @anasanyiihaceesanyiinadhii3781

    Argaa jalalaa

  • @HhxHhd-mv8mj
    @HhxHhd-mv8mj Před 11 dny +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @feyeradebela8105
    @feyeradebela8105 Před rokem

    WOW! smart lady

  • @RIYADOTUBE
    @RIYADOTUBE Před rokem +1

    Sobdetii....jirati....tun

  • @sabbotuuwalloanaajilleedhu6742

    walitii rabii isin hadebisuu

  • @sudeysiadam4588
    @sudeysiadam4588 Před 2 lety +1

    Wayi jalalaa moo.

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii9808 Před 3 lety +3

    Abshirii osoo isaani tahaani caraa meqaraa namaa kutanii sillaa

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před rokem +1

    Junta jala bafadha abo Elman biftu niqaxati junta gana sena quite oromo jeca zobil dule garu San afan jijrataniru Wan bekan tohu len maqa oromo tin nama ijesamu nadhukba Wan jaladhu

  • @kinabexgashtle
    @kinabexgashtle Před rokem

    Bareedduu wayyiii 💚

  • @sifaantube1230
    @sifaantube1230 Před 2 lety +2

    Uuuffffff baayyee nama tola😘😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @HaweDeniku
    @HaweDeniku Před 6 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zx5fm8jh6w
    @user-zx5fm8jh6w Před 6 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤

  • @AyyantuAyyantu-xo2jf
    @AyyantuAyyantu-xo2jf Před 3 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety +1

    Onneen waraana mana ilillii jemal dhiigaa blood circulation aswrwb Maashaa'Allah Wasiyyaa deemsis mariidha Alhamdulillah aswrwb DrQamar HuseenTolchaa jklSaud

  • @kiyaaflove3200
    @kiyaaflove3200 Před rokem +1

    Wow jalachuu fi jaltamuuni bayee namtii tolaa 💔💔💔💔

  • @ibsashowG7
    @ibsashowG7 Před rokem

    Wowowowo 🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @sarahalove5834
    @sarahalove5834 Před 3 lety +3

    Uuuuuffffi yaa jalalaa tanaa 😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔abshiri

  • @bonaabdi3004
    @bonaabdi3004 Před rokem +2

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
    SAH......IFITTI AMANAMUMMAAN KEE FULL, 100%

  • @lalisegiddisa2415
    @lalisegiddisa2415 Před 3 lety +3

    maqaa you tube ishee nutti hima mee

  • @mkyu4266
    @mkyu4266 Před rokem +1

    Yaajalala😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-ot5xs3mp9e
    @user-ot5xs3mp9e Před rokem

    Baay'ee namati toola galatomma

  • @abdiishaaoroman2035
    @abdiishaaoroman2035 Před 3 lety +2

    Rabbiin waliti isiin hadebisu bareduu

  • @fetahkedir3684
    @fetahkedir3684 Před 3 lety +2

    😍😍😍

  • @aynalembekele3232
    @aynalembekele3232 Před 3 lety +3

    lakkofsa kessaan nuuf ergaa 😘

  • @nurehajiimohammed2091
    @nurehajiimohammed2091 Před 2 lety +2

    Wooow

  • @oromiyaatiyyaoromiyaatiyya2857

    Ayyyiii jalala 😭😭😭😭😭

  • @badriyaaqatar9210
    @badriyaaqatar9210 Před 2 lety +1

    Abboo atii dalagamaa hin qabaduu jalalaa amaa qilee haasetuuu

  • @user-zx5fm8jh6w
    @user-zx5fm8jh6w Před 6 měsíci +1

    Mashala jiradhu

  • @lalisegiddisa2415
    @lalisegiddisa2415 Před 3 lety +4

    😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢❤❤❤❤😭

  • @s.shawaakoooramiyaabiiyyaa3521

    😭😭😭

  • @silinatahir3240
    @silinatahir3240 Před rokem +1

    ❤❤❤

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c Před rokem +1

    Maqa oromo tin nama ijesamu Wan jaladhu junta ariha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety +2

    Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa gzxLeensaa Bulchiinsa lafaatiin bultiinis waraana Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb for true democracy injifannoo gzxNa'imaa kan jaalalaa daa'awaa/daawwii sawsawsaw dhalee kolfaan gayee GzxFa'izaa Iliyaas internationalism aswrwb johar Muhammad

  • @fatiyajamaltube5393
    @fatiyajamaltube5393 Před 2 lety +1

    ♥️😭

  • @bayaaneshemahammad6179
    @bayaaneshemahammad6179 Před rokem +1

    Waaaaw

  • @mureemankush4076
    @mureemankush4076 Před 2 lety

    Abdii hin murin sabontuye obsi dhagaa afeela

  • @ibsashowG7
    @ibsashowG7 Před rokem

    Welcome 🎉🎉❤

  • @aboshasha4471
    @aboshasha4471 Před 2 lety +1

    🥰🥰😍

  • @avyu6154
    @avyu6154 Před 2 lety +1

    🌹🌹🌹❤❤😭😭