Yeroo Jaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • Wellisaa Kennaa Angeessaa keessummaa Yeroo Jaalalaaa
    ‘Jaalallee waggaa lamaaf waliin turre waan ishee mudate ani hin barre tasuma kaatee deemte’-Keessummaa yeroo Jaalaalaa
    Waanan godhe hin beekuu garaanshee jabaatee miilla fageeffatte shaggeen tiyyaa Anaan qofaa dhiiftee qofaatti nagattee…

Komentáře • 120

  • @saciathopia7125
    @saciathopia7125 Před rokem +24

    Osoo waan fedhee dhufee dhugaan jallaadheeraa taanan homtu addaa naa baasuu. Ananu maatin koo inni hiyyessa dhiisii ati kan keenya miti osoo jedhanii isaan didee itti heerumee amma da'imaa 2 qabna galata rabbi I love you abba ijollee koo ❤

    • @user-rd9iq6rv9p
      @user-rd9iq6rv9p Před rokem +1

      ❤❤❤❤❤❤🎉

    • @user-ub8gw6pr1k
      @user-ub8gw6pr1k Před rokem

      Anaka 😂😂😂😂

    • @user-eo6tw9hw3b
      @user-eo6tw9hw3b Před rokem +2

      Anilee Reebamee maatiin koo hundii na jibbee Isa irraa adda bahu didnan Har,a garu isaantuu qaana,a jira jaalallii keenya fkn namaf ta,a guyya tokkoo Obn dhaquun hafa hin ta,u

    • @saciathopia7125
      @saciathopia7125 Před rokem +1

      @@user-eo6tw9hw3b ammallee jalaala dhumaa hin qabnee sinifaa haa kennu raabbiin 🥰🥰 yeroo jalaalaa irratti dhiyaana silaa hintalli ammaa akkaata itti gaafataan hin beektu

    • @user-eo6tw9hw3b
      @user-eo6tw9hw3b Před rokem

      @@saciathopia7125 Ameen ebbiffamii qaalii koo

  • @FiloWardi
    @FiloWardi Před rokem +22

    Gazaxessitu tenya gafi sirressi gafadhu😢yoo sif hin hubatamne ta'ee kan moneti irra ilali baradhu👍👍👍❤💚❤

    • @DAa-co6nm
      @DAa-co6nm Před rokem

      Enyuu akka dura hojii kana hojacha ture bekta garuu

    • @FiloWardi
      @FiloWardi Před rokem

      @@DAa-co6nm Sii turee mii

    • @SadaYuya-eh5ls
      @SadaYuya-eh5ls Před rokem

      Maal jate dhiroo hamdiyaa gorsaa jirtaa moo😝😝

    • @queenzuzu710
      @queenzuzu710 Před rokem

      Atii samoona tv ilaaluu jalqabdee mooo😂😂😂

    • @baredinhusein3255
      @baredinhusein3255 Před rokem

      Hamdiyaa jechuun Gazexessittuu cimtuu oromon qabduu mee of qusadhaa

  • @AaJja-y6s
    @AaJja-y6s Před měsícem

    Ani gafii tokkoo isiin gafadha wan tokko nan jedha 😢hiriyaa yerroo ijollumaa koo biyaa alaa yerron demti enii micayoo tokko fanaa wan hin tanee rawwatee achii ijollee dhalfatee ijollee lama qaba 😢ani lubbuu koo calaan jaladhaa ammaa waggaa 5ta'era ammas nan jaladhaa eshe hin jaladhuu si fanaa jirachun fedha nan jedha ammaan kanas mal gochun qaba mee wan tokkoo nan jedhaa ani mucichaa kanaa hardhan kanaas lubbu koo calaan jaldhaa 😢😢 yerroo isaaf dhifama godhe isaati herumee matiin koo naa jibbun isanii hin oluu 😢ani imottuu yerroo isaa yadadhu yerroo hunda nan boyaa mal naa wayamee 😢😢😢adara rabi wan tokko nan jedha 😢mucaa kana yerroon bekutii ani mucayoo waggaa 17ture ammaa kunoo ani waggaa 24 😢waggaa kanaa gutuu dhibee jalalaa kessaan jiraa 😢😢😢😢

  • @user-kd6yu6xe7r
    @user-kd6yu6xe7r Před 14 hodinami

    Obsii dhiiroo anu waggaa lamatti deebinee wal argannee❤❤❤😊😊

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 Před rokem +5

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuu 🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️Moneti moneti moneti moneti nuu fidaa dhugaa,ishee irraa bareeda akkatti dubbatan beekti isheen😳😳😳😳😳😳😳
    Sanaa ta'uu banan nagaatti yeroo jaalala🚶‍♀️🚶‍♀️🚶‍♀️🚶‍♀️🚶‍♀️

  • @saciathopia7125
    @saciathopia7125 Před rokem +3

    Moonetin fidaa hicii ani yeroo jalaalaa jibbee 😢

    • @birkibirki3052
      @birkibirki3052 Před rokem +1

      Dhugaa monet kara namaf keennitim haasadhaf anillee jibbee

  • @user-mc8lm8jg7f
    @user-mc8lm8jg7f Před rokem +2

    Jalala kesaa matii maltuu galache isiin waali tanan 😢😢

  • @madinaintalaxiqii5488

    Jaalala dhugaa sif hin qabdu malee matii miti ishenu nama of danda'e jirataru akkamiti matiin namaf keena soba kun kanimma duri qadhimatetu herumnte jabadhuu ati bro qalli ❤❤❤❤❤

  • @tigesttigest5862
    @tigesttigest5862 Před rokem

    soba turtee maale akkamitt namani baratee hojii qabu akkamitti isaa jalatuu dhistee nama bekeneentti herumtte dubartti kijibduu obolesaa koo kan sijedhee rabii sif kena abshir😘😘

  • @desalegnnamo
    @desalegnnamo Před rokem

    Inni kan biraan ammoo keessummaan ofi isaa akkaata ifaa ta'een of haa ibsu

  • @dammejifaraa2225
    @dammejifaraa2225 Před rokem +1

    Kan ishin hin beknee akkamiti matin ishin dubaa kennatu silaa namaa hoji qabaho ishin ishumatu sirrati bafate malee

  • @tokkicha12
    @tokkicha12 Před rokem

    Ayii yaa weellisaa! Weellisaan bara kanaa jazbooftee dhumatte.

  • @user-lr9xb5gg6w
    @user-lr9xb5gg6w Před 5 měsíci

    Wow wow!!! Gurbaan bilchaataadha.

  • @user-zu8dh8pd6r
    @user-zu8dh8pd6r Před rokem

    abshir obbolesa garu akka warra kaanii boohu dhiistee kokolfunke namatti tola gobaz❤

  • @Kuwait-vg2pu
    @Kuwait-vg2pu Před rokem

    Jabaadhu leencaa keenyaa 😢

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před rokem

    Ayii yaa jalala 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @laalliaa6371
    @laalliaa6371 Před rokem

    Anu siifi jiraa boonna Oromoo

  • @chaltuuethiopiayoutube8388

    Anusifi jiraa ❤❤❤❤❤❤❤wow wow wow love you so much ❤❤❤❤🎉

  • @urgoogammachuu3626
    @urgoogammachuu3626 Před rokem +1

    Baayeee toltaa abooo
    Boouu diddee malee

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Před rokem

    Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa

  • @milion-tj8rf
    @milion-tj8rf Před 8 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤

  • @munamohamedali3793
    @munamohamedali3793 Před rokem

    Hamdiya gafii sii qaba Ati islama moo kristna me na himi

  • @user-pd8rt1cq1r
    @user-pd8rt1cq1r Před rokem

    Thank you every much I love

  • @user-yh1tp2bc4l
    @user-yh1tp2bc4l Před rokem +1

    Welcome 🎉🎉

  • @abdulhakimaman-rm8wy
    @abdulhakimaman-rm8wy Před 8 měsíci

    Anis akkuma keti waan si ajaaibu harras waggaa 6 boodas irraanfachuu hin dandeenye

  • @user-pd8rt1cq1r
    @user-pd8rt1cq1r Před rokem

    Wow ❤❤❤

  • @meronshiferaw5969
    @meronshiferaw5969 Před rokem +1

    Welcome come bor❤❤❤❤❤❤

  • @hawwiiyoutube5429
    @hawwiiyoutube5429 Před rokem +2

    Moneti fidaa rabbi jedhatoo. Ani Yeroo jalaala jibe dhugaa 🙈

  • @fatmahamad3409
    @fatmahamad3409 Před 2 měsíci

    Hi

  • @user-jb9pj7uv9l
    @user-jb9pj7uv9l Před 9 měsíci

    miskina dhugaa carraan ilmaa namaa bu,a ba,ii heduu ofkeessaa qaba

  • @user-qh5lj2fy6m
    @user-qh5lj2fy6m Před 11 měsíci

    Maal jechuudhagaruu kun

  • @user-mu7ek3so3b
    @user-mu7ek3so3b Před rokem +1

    sirba abba qabu dhiisitii kan dhuunfaa keetii qopheefadhu

  • @user-zu8dh8pd6r
    @user-zu8dh8pd6r Před rokem

    monet nuf deebisaa😢😢

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před rokem

    Ana bar

  • @GoldenJo-ic7hx
    @GoldenJo-ic7hx Před 3 měsíci

    Warri koomeentii irratti mooneet jettaani namni kammiyyuu nama akka namatti yaada akka horitti hin yaadina pls

  • @user-gh5ie6sp1d
    @user-gh5ie6sp1d Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @user-ob5bd1kz6v
    @user-ob5bd1kz6v Před rokem

    Welcome ❤

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 Před rokem

    yaa woraa koomenti🤔🤔🤔🤔😁😁😁😁

  • @anisahnurmala5114
    @anisahnurmala5114 Před rokem

    Ayii jaalalaa kee soba duraa hin jalatu 😂😂😂😂😂

  • @mimiilamaa
    @mimiilamaa Před rokem

    ❤❤❤

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před rokem

    Micayoon daba qabdi osoo dhugaan si jaallate sin dhiiftu bakketi hin sobdi

  • @Madeena-nd8oe
    @Madeena-nd8oe Před rokem

    .wanting.jalalaa.bayee.hamadhaa100%

  • @mahammadammee.
    @mahammadammee. Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Furtuu05912
    @Furtuu05912 Před rokem

    💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😢😢😢😢

  • @dasttaa.ketama8789
    @dasttaa.ketama8789 Před 4 měsíci

    Kottuu anii sifan jiraa safudha boo kuni 😂😂😂😂

  • @reemreem-tx6fh
    @reemreem-tx6fh Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @megartubadeda3806
    @megartubadeda3806 Před 10 měsíci

    😮😮😮😮

  • @wsaseesa2314
    @wsaseesa2314 Před rokem

    Dhungadhee biraaa darbee😂😂😂😂😂😂

  • @user-mc8lm8jg7f
    @user-mc8lm8jg7f Před rokem

    😢😢😢kkkkkkkkkkkkk

  • @hayathabishi8072
    @hayathabishi8072 Před rokem

    Kkkkkkkkkkkkkk😂😂

  • @abdiiabdii1834
    @abdiiabdii1834 Před rokem

    ❤❤❤❤🎉🎉

  • @megartoaduna6491
    @megartoaduna6491 Před rokem

    😮😮😮

  • @kareemhashem5391
    @kareemhashem5391 Před rokem

    Anu kuni 😂😂

  • @desalegnnamo
    @desalegnnamo Před rokem

    Qophii gaariidha ,comentin garuu 😅

  • @user-le9xq3oc4b
    @user-le9xq3oc4b Před rokem +1

    ❤❤❤❤❤😂😂

  • @user-lk3jt8xu5n
    @user-lk3jt8xu5n Před 10 měsíci

    Warii komanti sutaa baresa 😅

  • @shamilkadir6108
    @shamilkadir6108 Před rokem

    durbumaa iraa fudhee itii hatoluu jedhaa😂😂

  • @LovelyArcticBirds-xi7ox
    @LovelyArcticBirds-xi7ox Před 5 měsíci

    😂😂😂😂😂😂

  • @sukkareegaazzuu7173
    @sukkareegaazzuu7173 Před rokem

    🤣😂🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😏🥰miskin

  • @user-nv4dx2ge7m
    @user-nv4dx2ge7m Před 8 dny

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @maakiitube7254
    @maakiitube7254 Před rokem

    Kotuu kesanii kkkk😄

  • @WonishetAtoma-db1oc
    @WonishetAtoma-db1oc Před 10 měsíci

    3331YJ

  • @Baqqalechi-wo4mx
    @Baqqalechi-wo4mx Před 5 měsíci

    😂😂😂

  • @hkkioi1511
    @hkkioi1511 Před 11 měsíci

    ❤❤❤😂😂😂😂

  • @masaratgetu1214
    @masaratgetu1214 Před rokem +2

    😂😂😂😍😍😍😍

  • @sibokennan5686
    @sibokennan5686 Před rokem

    Moonet yoo hin deebine kana qophi kana hin dawwadhu🥴🥴

  • @user-vy3yl6ny4s
    @user-vy3yl6ny4s Před rokem

    🤣🥰🥰🥰🥰🥰

  • @adamaalamsaee
    @adamaalamsaee Před rokem

    😂😂😂😂

  • @munamohamedali3793
    @munamohamedali3793 Před rokem

    Torbe deebii nu kenu dandesa ati kafarte

  • @heranmg4839
    @heranmg4839 Před rokem

    🥰🥰🥰😂😂

  • @sifanlemma1606
    @sifanlemma1606 Před rokem +1

    Naa dagadhu Anni sii dagadhe 😅🙄

  • @asterdendena3294
    @asterdendena3294 Před rokem

    ❤❤❤

  • @rosyzouein8461
    @rosyzouein8461 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤

  • @makeyagirsha6329
    @makeyagirsha6329 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤😂

  • @yasribabone5438
    @yasribabone5438 Před rokem

    😂😂😂😂

  • @ToleniSeyoum
    @ToleniSeyoum Před 3 měsíci

    😂😂😂😂😂

  • @user-rj9nj2py6q
    @user-rj9nj2py6q Před rokem

    😂😂😂😂😂

  • @besasadu8393
    @besasadu8393 Před rokem

    😂😂😂😂😂

  • @redwave4776
    @redwave4776 Před rokem

    😂😂😂😂😂