OMN: Keessummaa - Wellisaa Hacaaluu Hundeessaa (Wax 22, 2020)

Sdílet
Vložit

Komentáře • 3,7K

  • @reediuu953
    @reediuu953 Před 2 lety +110

    Namnii hangaa Harrati Hasawaa kan dhagefataa jirtaan ✋ me kotaa Like 👍 xuqamee

  • @atikaosm9272
    @atikaosm9272 Před 4 lety +677

    Mee namni haacalu dhaaf manni haabitamu jedheu like godha malaqa isattin Oso hin tain malaqa oromottin akkuma inni aarasa lubbu isaa nuuf ijoole oromottif jecha kafalee like
    U are one of my favorite artist on the world big respect for hacaalu. Inni malaqa ittin bitatu hin qabu haa gargaru jechu kiyya miti hin jirami akka badhaasatti jechu kooti also don't forget this opinion I'm not beg for Mony to help him ok. Yoinin dogongoree naa hofkolcha. Thanks

    • @sanyihacee7871
      @sanyihacee7871 Před 4 lety +11

      Ini bitachuu Yom dadhaabe yadumaa maale garu oromoon kenyaa nama gadisisaa waal nyaachuu duwwa osoo dubii hin hibanee

    • @gutemachimdi6285
      @gutemachimdi6285 Před 4 lety +7

      Innumti haa bitatu, namni namaa bitteetu nama keessaa naqxi! mucaan bar nama sammuu qabu qaamni fayyaati.

    • @sanyihacee7871
      @sanyihacee7871 Před 4 lety +1

      @@gutemachimdi6285 eyye qarshii qaba inni me

    • @birachisbekele6847
      @birachisbekele6847 Před 4 lety +5

      Maal jette bodda maal beekta silas, dhaggeeffadhu irra deebi'ii gurra isaa sichi eessaa fuutaa mitii

    • @helenfayisa1340
      @helenfayisa1340 Před 4 lety +2

      🙋‍♀️🙋‍♀️🙋‍♀️

  • @eleisee1236
    @eleisee1236 Před 3 lety +8

    Yaa Haccee koo Atti Bara hin dune du, uute osoo jirtuu jirtuu jedha Oromoo hundaa ofi besisiti sena kee hin Badu dhugaa dubaachufi Bara Jawahri fi Hacaaluu Oromoo hundinu ofi baree irraa calaa ni Namaa dhalate malee Oromoo ta uu ofi hin bekkuu turee I LOVE YOU VERY OROMOO AND Haccee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @orazishow153
    @orazishow153 Před 3 lety +49

    Mee Namni haga ammaa daawwachaa jiru jiraa? yoo diqqaate ji‘arraa yeroo lama irra deebi‘ee laalaa jira ani.
    Rip hacuu koo 💔

  • @hikadenmerk7261
    @hikadenmerk7261 Před 4 lety +102

    Ati naaf geerarte
    Siifan walaleessa
    Goota hundee sabaa
    Yaa leenca hundeessaa
    ••••••~~~~~~~•••••••
    Muka jechuun akka
    Ejersaati kan dafee
    Hin baqaqne...
    Ilma jechuun akka Hundeessaati kan gadheef
    Gurrra hin qabne 💪💪💪
    ✍#Hika_Denmerk

    • @ofifjedhigori6256
      @ofifjedhigori6256 Před 4 lety +1

      Tokicha kenya dhabne gubane mal nuf waya re

    • @eebootube
      @eebootube Před 3 lety +1

      m.czcams.com/channels/DYIAdpS517qRJSEKmCecfw.html

  • @Acheyomedia
    @Acheyomedia Před 4 lety +22

    I love your my hero haccaluu hundesaa I Am from CANADA CALGARY

  • @semimohamed557
    @semimohamed557 Před 3 lety +15

    I don’t understand oromoqa but I feel so sad every time I see you haccoo 😭😭💔😥its heartbreaking every time I see you crying 😢 Rip always in our hearts ♥️ legend never dies
    ትልቅ አክብሮት አለን አባ ገዳዎች የቅንየልና😍

  • @rozvlog4319
    @rozvlog4319 Před rokem +11

    I am here after almost 3 years losing him, hace koo you engraved in my heart forever 😭❤

    • @daughteroftheking3220
      @daughteroftheking3220 Před 6 měsíci +3

      Same 2023 as of today my heart aches and the fact we have nothing in our hands to take revenge is boiling my blood 10 times more. Haceekenyaa sanyii gotaa lencaa Oromo. RIP😰❤

    • @hassanismail6495
      @hassanismail6495 Před měsícem

      We lost a hero unsung hero for us oromo people ,😢😢😢

  • @anuoromtittii7633
    @anuoromtittii7633 Před 4 lety +35

    Haceee baga nuuf dhufte leencaa ofii goota akkana qabachuu caalaa maaltu nama gammaachisaa oromoo koo mee eenyuu kan akka koo obsan guyyaa kana eega ture ❤💚❤

  • @deboratekli4462
    @deboratekli4462 Před 4 lety +14

    ነፍስህን ይማረው መቼ ነው እኛ ሀገር የመናገር ነፃነት የሚከበረው አቤት ጭካኔ ያለዕድሜው ቀጩት ልጆች ያለአባት ቀሩ 💔💔😭😭😭

  • @nuraarsiiboqojjii3693
    @nuraarsiiboqojjii3693 Před 2 lety +3

    Haacee koo madaa yomuu fayyinee nattii taatee barii atii uuuuuuuuufffffffffff sii nyaattee Alaagan mee akkamii siidagadhaa siihii kanaa 😭😭😭😭😭

  • @user-qm6wl9db2r
    @user-qm6wl9db2r Před 9 dny

    I am from Somalia 🇸🇴 but hachalu hundesa seen his song 2013 was amazing sweat

  • @teshomesirak8366
    @teshomesirak8366 Před 4 lety +7

    Kan sobaan dhukkubsateef Haacaaluun qoricha
    Gazexeessaa Guyyoo Waariyoo
    Nama bohaarsa, haasofti isaa ni mi'aaya
    Qajeellotti ijoo dubbii gaafata
    Maamila qixaan keessummeessa
    Yeroo akka gaaritti fayyadama
    Gaaffii madaalawaa gaafata
    Baayyee si jaaladha, jabaadhu, kana caalaa bareechisi
    Ogummaa kee guddifachuuf yaada qabatamaa lafa jiru, ummatni beeku irratti xiyyeefadhu.

  • @browningibrahim866
    @browningibrahim866 Před 4 lety +90

    RIP legend😩😢 this is too much pain😩 lots of love from kenya🇰🇪

  • @sumayaalovelove9959
    @sumayaalovelove9959 Před 3 lety +6

    Ani ummata kootif qaalidha jecha tana Na waade💔💔😭😭😭😭😭

    • @osmanabbas9583
      @osmanabbas9583 Před 3 lety

      😭😭😭💔💔💔 etigakateka , oromom kan dhiga Hachen toko hingome yomile toko hintw😭😭💔💔💔💔. Umata kotif qalidha jadhe😭💔💔💔💔

  • @user-qs2co9xs7t
    @user-qs2co9xs7t Před 28 dny +1

    Hacce koo senna ririmi hin nyaatu senna sii yàddata hacce koo ❤❤❤❤😢😢😢

  • @Mhki676
    @Mhki676 Před 4 lety +14

    You can see in his face how much he love oromo people

  • @qumbidera1643
    @qumbidera1643 Před 4 lety +29

    RIP Hero! You paid ultimate price for standing with truth. You will forever remain in our heart😭😭

  • @buzehacaluuhundeessa1439
    @buzehacaluuhundeessa1439 Před 2 lety +2

    Haccu kiyaa bayyen si yadeeeee😭😭😭

  • @DrAbdulfeta
    @DrAbdulfeta Před 11 dny +1

    Who is here this week😢😢😢😢 RIP

  • @betyedmufire6284
    @betyedmufire6284 Před 4 lety +226

    ኦሮመኛ ባልቺልም ሃጫሉ ግን አንጀቴን በላኝ 😭😭😭😭😭

    • @ethiolove7219
      @ethiolove7219 Před 4 lety +5

      አንቺ ዱቄት ነፍትኛ አለ እኮ

    • @betyedmufire6284
      @betyedmufire6284 Před 4 lety +23

      @@ethiolove7219 ምንም ይበል ግን ሞት አይገባውም ነበር

    • @asterzenebe847
      @asterzenebe847 Před 4 lety +7

      እንዳይመስልሽ ልጁ አንድም ቀን ስለ አንድነት አይዘፍንም ሁሌም ስለ ዘረኝነት ብቻ ነው ዘፈኑ ሁሉ ተነሱ ፣ውረሩ ዝረፉ ፣እሚል ብቻ ነው አማራ ነፍጠኛ ዘላለማዊ ጠላታችን ነው ነበር እያለ ያለው በዚህ እንተርቭው ምኒልክ ሌባ ነው ነበር እሚለውማንም ግን ያለ ግዜው አሙት ምንም ብለን እኛ ሞቱን አልተመኘንለትም ነበር ግን እግዚአብሔር ጠራው በቃ በአንድም በሌላም መንገድ ገደሉት ሞት ነፍሱን ይማር

    • @tsehaygeni9668
      @tsehaygeni9668 Před 4 lety +4

      ወይኔ ወንድሜን ገና በልጅነቱ በሉትትት 💘💔😢😢😢😢😢👆😢

    • @user-vs4ys4xi6n
      @user-vs4ys4xi6n Před 4 lety +1

      😭😭😭😭

  • @dandiendale2747
    @dandiendale2747 Před 4 lety +5

    You are gift of the qubee generation / Oromo renaissance. You are denied the right to live, but live eternally in your people's heart.

  • @halimaukulu9255
    @halimaukulu9255 Před 3 lety +2

    Haccee koo Ambassador koo Dr koo Uffffff siin yadee yaa qalii koo 💔😭😭😭guyaan dhufee yoo sii lalee Live kanaa iraa naa rafisuu. Asii sii lalee nii jirtaa jedhee abdii horadhaa qalii koo 😭
    Garuu Atii hin yadiin gudaa nuf yadertaa nuu gayaa dhifama nuf godhii sii olfatuu dhabuu kenyaaf 💔😭
    Galatom ❤️❤️❤️❤️

  • @biliseetube4167
    @biliseetube4167 Před 3 lety +3

    Haaccee koo lencaa ijaa barbaddaa anaa nyaatuu sanyii koo nutissi amaa sitii dabalmuttii yoomillee onee kenyaa kessaa manaa qabdaa 😭😭💔💔 bollaa kee daadhin haa guttuu lubbuu kee haa maruu lencaa koo garaa nu gubbate 😢😢💔💔

  • @Mahaa3465
    @Mahaa3465 Před 4 lety +16

    It's unbeliveble,hacce you paid u'r life for the truth,you will remembered forever,,RIP our legend.

  • @keysesharmarke3797
    @keysesharmarke3797 Před 4 lety +32

    We are supported, as Somalis, our brothers and sisters in the Oromo nation. Live happily and peacefully from Somaliland

  • @tsehayregassa6853
    @tsehayregassa6853 Před 3 lety +3

    ሀጬኮ መቼም አልረሳህም ምክንያቱም አንተን የሚተካ ወንድ እግዚአብሔር ይስጠን እስካሁን አንተን የሚተካ አላገኛንም!!
    እግዚአብሔር ነብስህን በገነት ያኑርልን ወንድሜ!!

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před 2 lety +3

    Aayyiiii Aaaa way garaa kiyyaa yaa Alihii kiyyaa dhiigaa mucaa kana basii yaa goftaa ko bilxiginnaa tana dhabbamaa godhi nama akkana kana ajjeessani haqaa dhorkatii ufffff😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @axumlalibelamedia5213
    @axumlalibelamedia5213 Před 4 lety +57

    በጣም ያማል ማርያምን እንዲህ ዓይነት ነገር እስከመቼ ነው ሰዎች??!!! ኸረ ተው እንፈቃቀር እንዋደድ ፍቅር ማንን ጎዳ ፖለቲካ እንዲህ ከሆነ ጥቅሙ ምንድን ነው ቆይ እርስ በእርስ መበላላት ሁሉም የሚሆነው እኮ ሰው ሲኖር ነው ሰው ሰው ሰውነት ሰው መሆን

  • @zahraabdurahaman1604
    @zahraabdurahaman1604 Před 4 lety +35

    😭😭😭😭😭😭😭😭seena yommu sin dagatuu hacce koo gumma kee rabbi haa basuuu

    • @abubakarmaka8501
      @abubakarmaka8501 Před 4 lety

      R.i.p our hero u die 4r our best future of tommorow I salute u Saddam from Kenya orma community tanariver we are all one

    • @abubakarmaka8501
      @abubakarmaka8501 Před 4 lety +1

      Saddam from Kenya I am an orma treib from Kenya Tana river county ur our hero May soul R.I.N were Mach proud of you our freedom fighter I salute you

  • @AtikletZewdu
    @AtikletZewdu Před 4 dny

    አጫሉ እኔ ኦሮሞኛ አልችልም ግን በጣም ነዉ ዘፈንህን የምወደዉ እና ሙዚቃህን ሳዳምጠዉ እንባዬን መቆጣጠር አቃተኝ አጫሉ ነብስህን ይማረዉ

  • @halimaajemaalhalimaajemaal7454

    Hacee ko Anaa nyattu Yomuu sin dagannu One kenna kessa jiritta💔💔 Hagga Sibii Dhufinuttitti😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @lillotasfi1879
    @lillotasfi1879 Před 4 lety +14

    Yoomu hin dagatamtuu😭 beeka hayyu xiqa'aa koo gumaa kee sif haa baasu waqa I, ☝️😢😢💔💔

  • @hanaarga4272
    @hanaarga4272 Před 4 lety +27

    የኔ ጀግና አጫሎ በእውነት በጣም ነው ያዘንኩት ነፍስ ይማረ

  • @Batibati380
    @Batibati380 Před 3 lety +3

    June 30 waggaatti Haacaaluu hundeessaa yaadeetin dawwaachaa jira akkamitti si irraanfanna xinqishiikoo yaakorma koo dhiirri obbaafate waayi nuhi warra jiruun du'e😭😭😭😭

  • @chaltudhaba5387
    @chaltudhaba5387 Před 3 lety +34

    dont remove this interview it will forever remeberd what this interview caused us

  • @mastyhaila6262
    @mastyhaila6262 Před 4 lety +11

    ማንኛውም ስው ሲሞት ውይም ሲታመም ውስጤ በጣም ነው የሚያዝነው የዚህ ልጂ ሞት ደግሞ በጣም ባስብኝ በጣም አዘንኩ ነብስ ይማርር

  • @yubooabdalla5038
    @yubooabdalla5038 Před 4 lety +36

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 naa haa nyatuuu lamii koo hacaluu hundesaa nyatee abiyyi Ahmed isaa haa nyaatuu sareenii

  • @nabiyoutube9186
    @nabiyoutube9186 Před 3 lety +3

    Nafxeenyaan kaleessas harsa boruus dinna oroomotti! Haace koo@

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před 3 lety +9

    Ayiiiiiiii wayii garaa kiyaa Aaaaa Amma nat fakkataa yeroo ilaluu😭😭😭

  • @moicr7996
    @moicr7996 Před 4 lety +9

    Wayyoo haceeko maal siif ta'ugaa😭
    Gaafa si galaafatanin waa murteeffadhe akkakootti!!
    Anis akkan harka diinaatti du'uuf
    Anis akkan nama galaafadhutu natti mul'ate!!
    Waayenkee bo'ichaan qofa hin haftu!!

  • @user-ty3kq9yl4j
    @user-ty3kq9yl4j Před 3 lety +25

    ያተኮ ይለያል ሀጨኮ ተቃጠልን ኡፍፍፍፍፍፍ 😭😭😭😭😭😭😭 ወላሂ አጀቴ አሯል በተለይ ባየሁህ ቁጥር ይብስብኛል ሀጫሉ 😭😭😭😭😭😭

    • @bekelutulu8679
      @bekelutulu8679 Před 3 lety

      Hhhhhhhkh

    • @bekelutulu8679
      @bekelutulu8679 Před 3 lety

      🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹

  • @buzehacaluuhundeessa1439
    @buzehacaluuhundeessa1439 Před 2 lety +2

    Haccu koo ani irra dedebi,e dhagefedhe hin qufu bee😭I don't forget you Haccu koo 💔🤴

  • @relaxatiomusica
    @relaxatiomusica Před 2 lety +1

    Ayi Guyyoo. Rabbi sin gaafatin garuu. Hojii gaarii hin hojjenne ati.

  • @galgallodida1016
    @galgallodida1016 Před 3 lety +11

    Rip Brave songer for our Oromo people when all people forget you I am never forget you my falimata dhabaa

  • @yasinabdullahi2900
    @yasinabdullahi2900 Před 4 lety +23

    We are Somali peapol we are with you our Oromo Borthers and sisters

    • @Jojo123h
      @Jojo123h Před 4 lety

      Fix your country first. You can't even smell your own shit on your knees. How do you fall for the same colonial issue & turn on your own color, your neighbor...I mean we're literally the same people! Just pathetic. White folks is laughing at us. Hate it or love it, we keep going this road, we're giving them a way to come in & do what they please. If we can reallocate all these resources toward something positive imagine what we can achieve. I don't know what is wrong with your minds.

    • @mohamedSagal
      @mohamedSagal Před 4 lety

      Maldini did you knw oromas have refugees camp in somalia

    • @zeek3937
      @zeek3937 Před 3 lety

      Maldini Nafxannya so mad when people support Oromos y’all just attack everyone

    • @abduselamadem3406
      @abduselamadem3406 Před 3 lety

      Thanks

    • @oromtitiwbo5078
      @oromtitiwbo5078 Před 3 lety

      @@Jojo123h disgusting racist. Oromos and Somalis, all Kush are family. your family Tigray literally want nothing to do with you and want to seperate as well. literally EVERYONE wants to seperate from "Ethiopia" because of how evil you are.

  • @esayasnegusa929
    @esayasnegusa929 Před rokem +1

    ጀግና ዘፋኝ ነው ሀጫሉ ሁንዴሳ ሰው መግደል ሽንፈት ነው ሁሌም ህያው ነህ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alialousg6268
    @alialousg6268 Před 3 lety +2

    Wayyoo hacee koo osoo wanii kesaa jiruu dhuftee agartee wayyoo hacee garani nuu gubbatee leencaa koo hacee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💛🧡💛💛💛💛🧡💛🧡💛😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @bontuoromia8516
    @bontuoromia8516 Před 3 lety +30

    Your messaged forever in our hearts 😭😭😭🌹

  • @NegasaTolesaNT
    @NegasaTolesaNT Před 4 lety +18

    ሃጬ ነፍስህን በገነት ያኑርልኝ! 😭😭😭❤❤💕💕💕

  • @kingkabae1117
    @kingkabae1117 Před 3 lety +2

    guddinna oromo
    warri argu hin fenee
    akka ilmi oromo
    tarrkafaate hin cenee
    akka kuufe hafuu
    artiisti artidhaan oromo jabeesse
    hacaaluu hundeessa
    dinii galaafate

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 Před 3 lety +1

    Anaa nyaatu leenca koo
    Dhugaadha ati nuuf qaaliidha. Garuu si deeffachuu hin dandeenne. Haqa kees hin deebisne😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    Rabbi qofti haa dubbatu hubataa koo😭😭😭😭😭😭😭💔

  • @zaariyyaarsiisiikkoofmando6150

    Akkanatti miidiya irraa baaftani Afaan diina isa buuftan 😭😭😭😭😭 yaa Rabbi ati argi

  • @user-fs9dx1jb8x
    @user-fs9dx1jb8x Před 4 lety +46

    My hero! I trusted you. You will never let your people down.

    • @user-fs9dx1jb8x
      @user-fs9dx1jb8x Před 4 lety +2

      ge ta Hahah. ወላጅ እናትዎን ይጠይቁ ጣእማችንን እርሳችው ይነግሮታል: : ግም ማለት እንደ እርሶ አንደበቱ የሚክረፋ ማለት ነው: :

    • @amentube7726
      @amentube7726 Před 4 lety

      czcams.com/video/dz9ct_3bKlg/video.html

  • @user-ks3bo6nj7j
    @user-ks3bo6nj7j Před měsícem

    i love you my hero hache I'm from Ethiopia in DD

  • @EfrataZinab
    @EfrataZinab Před měsícem

    Haceeko ❤❤❤❤❤❤ kan garaa garaatu bekaa lubbuko sayniko dhugaa koo dhira ko Big respect 🙏

  • @halimal9559
    @halimal9559 Před 4 lety +8

    Because of these interviews😭😭😭😭my hero hacalu uuuuuffff gubaneee

  • @user-zh4eb1kq5r
    @user-zh4eb1kq5r Před 4 lety +6

    አምላክ ደምህን ይበቀልልህ ከልቤ ነው ያዘንኩት ይህን አቅም ያለው ወጣት ለገማ ፖለቲካ እና ዓላማቸው ሲሉ ህይወቱን መንጠቃቸው😥😥😥😥😥😥

  • @user-sj3fp9fb2o
    @user-sj3fp9fb2o Před 4 dny

    Jul 7 2024 dhufe si dawachaa jira hace ko yomu si daganu😢

  • @burtefiriitewahidoo3044
    @burtefiriitewahidoo3044 Před 2 lety +2

    Guyyaa tanaa sii nyatee😭😭😭

  • @blensime6974
    @blensime6974 Před 3 lety +5

    ሀጩ ኮ ነፍስክን በገነት ያኑርልን ሲጃለና ♥

  • @susuyasmin8370
    @susuyasmin8370 Před 3 lety +3

    Haceeeeee seena garaa hin baane nutti dhifte deme hin dagatamtu yomu😭😭😭😭😭😭

  • @muredadamina9367
    @muredadamina9367 Před 2 lety +1

    Anii Oromofo Qalii Hacee Koo ,🙏 dhuganaa Kee hin badiin hangaa dhumtaa 😭

  • @etenshdabawajira5427
    @etenshdabawajira5427 Před 2 lety +1

    Biyyoon ana nyaatuu uuuffff waaggaaf 1 ji.a gunnee sii dhabnee

  • @ershadyusuf8416
    @ershadyusuf8416 Před 4 lety +14

    Hayyu Kenya Guyyoo waariyo mee al tokko masara mootumma seeni dr abiyyii Dubbisi waan inni jedhu dhagahuuf yaaddae ani

    • @asterbelay3218
      @asterbelay3218 Před 4 lety +1

      Kkkkkkkkkkkkk dhugaa bayee namaa kolfachestu mee mali barabadee abbayiraa gowaa caleeni mali jedhee dhubisaa abiydhaa gadheee

    • @lensagammada3364
      @lensagammada3364 Před 4 lety

      #Ashagireeni xalayaa Girma Gutama itti ergee qataa didee mitti. Waani #OMN sodatuuf jechaa mediota Abasha kototaa hundaa wolitti qabeeti umaata dorsisuu fi photo ka'u qofa waanti inni bekku.

  • @ayoobbale2433
    @ayoobbale2433 Před 3 lety +3

    Haccee koo onnee oromoo cabisitee😭😭

  • @dawitmucatiiambo1686
    @dawitmucatiiambo1686 Před 2 lety +2

    Wayyoo hacee koo maalaan siif godhaa garuu biyye waliraa xaraganiiuuuuufff

  • @jemilatunna5276
    @jemilatunna5276 Před 3 lety +2

    Haa Caaluu Osoo amma jirate wan Biyyii keessaa jirtuu argitee mal jetaa uuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-ex2mm2fo4q
    @user-ex2mm2fo4q Před 4 lety +6

    Biyyeen sitii haa salphatuu wani ofi hacaaluu koo!! 💔😭😭

  • @siifusanyiijawarmohammed8929

    Namni dhugaa kee dhoksee rabbi hin dhoksiin haa baasu Inshallah 🤲😭

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily5103 Před 3 lety +2

    Haccee koo ambof ijoolen siyanee

  • @vgvg1838
    @vgvg1838 Před 4 měsíci +2

    Omn biyyoo nyaadhuu hace nyaattee 😢😢

  • @afranqalloo430
    @afranqalloo430 Před 4 lety +26

    can’t believe this is the interview they killed him for 💔😭 REST IN PARADISE your legacy will live on forever

    • @chaltumohammed6691
      @chaltumohammed6691 Před 4 lety +1

      Me too heartbreaking we are burning inside and outside

    • @hey1232
      @hey1232 Před 4 lety +4

      All this time Nefetegaa was planning to kill Hachaluu

    • @procell6158
      @procell6158 Před 3 lety +1

      💙💜💕💞💞

  • @sukareatomsa8443
    @sukareatomsa8443 Před 4 lety +5

    Hacee koo miss you I can't forget you 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 onnee kootu na madaa,ee haadhoomoo

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 Před 2 lety +1

    AYII HACCEE KOO GOOTA KOO GARAA KOOTU NA GUBATAA YOOMIYYUU 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @dawaentertainment1
    @dawaentertainment1 Před rokem +1

    King brilliant there's no word to describe you from Oromia Guji.

  • @ajmanuae5445
    @ajmanuae5445 Před 4 lety +6

    Hacaaluu koo umrii dheradhu guyyoo atisi umrii dheradhu omn ijaa fi gurraa keen jabadh

  • @solomon5376
    @solomon5376 Před 4 lety +5

    Who said Freedom come free, but with fight and sacrifice! Hachalu an Icon of the Oromo struggle!!

  • @suyatilahun4978
    @suyatilahun4978 Před rokem +1

    du'anii dhaqanii hacaaluu agu ta'ee harra sokkee 🥰

  • @asteralamyehu1998
    @asteralamyehu1998 Před 2 lety +1

    Ija keenya dhabnee wayyoo wayyoo iyaa iya dabarsaa gumaan Hacaaluu bahu qabaaaaa🖤🖤🖤😭😭😭😭

  • @muzamilhassan3889
    @muzamilhassan3889 Před 4 lety +16

    Another legend gone but the struggle continues 😭😭😭😭😭

  • @turngotube7022
    @turngotube7022 Před 4 lety +13

    Namanii Haclaluu nyatee dhagaa yaa nyatuu uuuuufffffiiii garanii nagubateeeeeeee malumanii siif ta,uu ka lencaa koooo

  • @oromiyaaoromiyaa3086
    @oromiyaaoromiyaa3086 Před rokem +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 guyyaa har,dha kana hacceedhuma yaada Ollee Anaa nyaatu haccee koo imimmaan mataa naa dhumee sii galchuu hin dandenyee muuuuuuuu yaa biyyee

  • @kiyaa88
    @kiyaa88 Před 3 lety +1

    lencaa oromiyaan gudistee isaa tokoo hacaaluu hundeessaa kenyaa aboo gumaa lencaa kenyaa waqayoo nuyaa basuu nuttii humnaa hin qabnuu

  • @asimzahir8887
    @asimzahir8887 Před 4 lety +6

    I love you hache koo. You are in our hearts forever!!! Rip Rip Rip

  • @bedasahika4814
    @bedasahika4814 Před 4 lety +27

    haccee dhuguma feerroo bittuu hin jenne qeerroo jirtuu jette malee .osooma ta'ees feerroo gurguruun dalagaadha .inni har'a akkasitti odeessu osoo haacaaluutu rakkatee jedhameemmoo saantima 25 illee kennee nama nan gargaara jedhu miti .do your bussiness man,bussiness is bussiness and struggle is struggle.I love you!

  • @sofiyasofiya3406
    @sofiyasofiya3406 Před 3 lety +1

    As we WB rabinii Umata oroomoti ifatii hatuumisufi

  • @sarasarasarasara1980
    @sarasarasarasara1980 Před 2 lety +1

    Hacee ani yero si yaduu vidiyoo kana ilalaa uuuufffi ya rabbiii😭😭😭😭

  • @sedatkefu516
    @sedatkefu516 Před 4 lety +26

    በውሾች አስበሉክ ጀግናዬ😭😭😭💔

  • @peterdanny431
    @peterdanny431 Před 4 lety +10

    I like this great icon......his blood will be accountable before God.....rip bro and my condolences to all oromo brothers.....we are pained together

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Před 2 lety +1

    Waqayyo Lubbuu kaa jinatati haqanainsu 😭😭😭😭😭😭

  • @alisora9158
    @alisora9158 Před rokem +2

    We will never forget you , you are herro ,you are legend of oromian people. people who has low capacity is the one who shot you but you are remain in the heart of oromian people.

  • @shimelesshumi1267
    @shimelesshumi1267 Před 4 lety +35

    ይሄን ምርጥና ምጡቅ ልጅ ሴራ አቀነባብራቹ ወጥመድ ውስጥ አስገብታቹ አሰበላችሁት 😭😭😭 የሰኔ ደም ለለመድ ጂኒ ደሙን ገበራችሁት: ደሙን አፈሰሳችሁት: ደሙን ተጣችሁት! ፈጣሪ ይፋረዳቹ። ነፍሱን ያጠፋው ነፍሱ በጥፍ ትጥፋ! ዘር አይኑረው! ዘር አልባ ይሁን።😥
    ሃጭዬ ፈጣሪ ነፍስህን በገነት ያኑራት። ለምስኪን ባለቤቱና ልጆቹ እንዲሁም ለቤተሰቦቹ መፅናናትን እመኛለው።

  • @ayishaahajiileencoo9954
    @ayishaahajiileencoo9954 Před 3 lety +7

    Woggaa Kee Haraadha 😭😢😢😭😭😭💔💚❣️💛💓❤

  • @abebubekele5179
    @abebubekele5179 Před 2 lety +1

    Wanumma amma hasa'aa jirtuu natti fakkatem Qaalii Oromoo koo 💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Eessuma sii defanna maaloo yaa gubii Keenyaa

    • @zaramusaendirszaramusaendi7936
      @zaramusaendirszaramusaendi7936 Před 2 lety

      Uuuùuuufff rabbii dhigaa isaa haa basuu rabbiin kadhafii hadaraa waheen dhigaa isaa karatii hafee nama guba😭😭😭😭😭

  • @OroVlog1
    @OroVlog1 Před 15 dny

    Kunootikaa kanatti jirra yaadannoon hacee waggaa 4ffaa kabajamuuf Torbeetu hafa(2024),garuun dhugaan isaa...😭

  • @alialhabsha547
    @alialhabsha547 Před 3 lety +3

    ኦሮምኛ አልችልም ግን ሁላችንም የኢትዮጵያ ህዝብ አዝነናል ነፍጠኛ ሲቀር😭😭😭😭😭😭

  • @demetura5227
    @demetura5227 Před 4 lety +20

    አንጨሉ ጀግነ ኮ። እንቁዎች ጀግኖቻችን ውድ የኦሮሞ ልጆች በርቱ ፈጣሪ ይጠብቃችሁ። ሰላሙን ሁሉ ተመኘሁላችሁ።

  • @efreeme3612
    @efreeme3612 Před 18 dny

    Haccee koo yero kamiyu laphee kenyaa keessaan jirtaa lencaa ijjaa barbaada❤️❤️❤️❤️

  • @yuusufshariif5970
    @yuusufshariif5970 Před 7 měsíci +2

    I m for Somalia 🇸🇴 but I love this man and his song 🎵 ❤️ 💙 💕 ❤ thanks for ever