OMN: Turtii Aartistii Hacaaluu Hundeessaa Waliin (Onko 11, 2019)

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 10. 2019
  • OMN: Turtii Aartistii Hacaaluu Hundeessaa Waliin (Onko 11, 2019)

Komentáře • 250

  • @madinumetube4217
    @madinumetube4217 Před 4 lety +65

    Hacee goota keenna💚❤💚
    Mee warri hacee jaalatu like naa godhaa

  • @gadisefeyse9904
    @gadisefeyse9904 Před 4 lety +8

    Accee gotakoo waqqayyoo umuriikee nufaa dheresuu ❤❤❤sii jalanaa❤❤

  • @jamilajamila1952
    @jamilajamila1952 Před 4 lety +6

    Akkan Haccee koo dhugaa keeti dubaata goota koo hasaan kee akka dammaa mii'aa waa Haccee nuf jirraadhu umurii dherraa 🌹🌹❤😍😍😘😍😍💪

  • @mariobejjani
    @mariobejjani Před 4 lety +5

    Haace baaye si jaaladha umuri dheera feyya waajin sif haawee jejebaadhu😍😍😍💋👄👄❤💓💓💓💓💓💓💓💓👈

  • @selamethiopia3752
    @selamethiopia3752 Před 3 lety +2

    Hacee ko dubbii kee dedebi'ee dhagefachaa akka da'iimaa of sosoba jiraa akka atii jirtuu yadaa hacee hin dunee jechaa atii onnee kenyaa keessa hin dutuu jirtaa sii dhabuun akkamitii nama dhukubuu dhukubii ibsachuu hin danda'amnee tokko nutii dhagahaama jiraa 😭😭 obsuu dadhabnee jirtaa atii jirtaa onnee keessatii mana ke ijjaratee ❤

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Ayii haacee koo sii Nyaate Kaa saroonni nafxanyaa 😭😭😭😭😭

  • @maekelemengstab3458
    @maekelemengstab3458 Před 4 lety +4

    We love you eromo brothers & sisters from Eritrea asmara we wish peace full & happiness

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety +1

    Dhugaa kee rabbii hin gatinii gotaa koo qalii sabaa oromo❤️

  • @nasramashallahgorsagariidh7340

    Ahh hace ko biya rabbi sirra haa salpisu ati saba oromotiif senaaa heduu dalayde lubu ke jannataan sihaa boqochisuu dua,aa ke gafaan dhagahu heduu takka gaddii gudaaa nattiii dhagahame hace my favourity 💔💔💔😭😭😭😭

  • @misraoromo2669
    @misraoromo2669 Před 4 lety +5

    Haccee lubbuu koo goota koo ...kan akka keetii rabbi nuuf haa baay 'isuu

  • @helenbirru1832
    @helenbirru1832 Před 4 lety +7

    Hacaaluue you are my hero. Exactly finfinnee is Oromo capital city. They should accept that. If they want they can go back to Bahrdare. God bless you my brother Hacaaluue!!!

    • @tenmillion3737
      @tenmillion3737 Před 4 lety +1

      👏

    • @ambessashield9360
      @ambessashield9360 Před 4 lety

      Addis Ababa is Ethiopia’s capital city, period. It’s not Oromo or Amhara.

    • @abuhaji8231
      @abuhaji8231 Před 4 lety

      Jonte Ded we don’t want to be apart of ethiopia we want independence!!!! Oromia is oromo land and we will secede!!! We are oromos not Ethiopians. We speak oromo not ahmaric

    • @abuhaji8231
      @abuhaji8231 Před 4 lety

      Jonte Ded nothing against ethiopia we just don’t want to be apart of a country that isn’t made for us

    • @ambessashield9360
      @ambessashield9360 Před 4 lety

      Addis Oromo That’s impossible, Oromia is heart of Ethiopia. Oromo people have ruled this nation, feed this nation, fought and died for this nation. There is no Ethiopia without Oromo. You need to learn your history, real history, not whatever propaganda OLF is feeding you.

  • @abebakinfe2073
    @abebakinfe2073 Před 4 lety +6

    ሀጫሉ ጀግና አንተ በርታ የአልቃሾች፣ የምቀኞች፣ ቅናታሞችን አትስማ ማልቀስ በውሸት ማጠልሸት የግል መታወቂያቸው ነው አንተ እግዚአብሔር በደሙ ይሸፍንክ ቅናት ያደርሳል ከሞትበላቸው እራስክን ጠብቅ መጠበቂ ከመንግስት አስፈቅደህ እራስን ጠብቅ አልፎ ከመጣ አጋድመው፡፡

    • @hey1232
      @hey1232 Před 4 lety

      ❤️💚❤️👍👍👍👍👏👏👏

    • @hawitelila9f5
      @hawitelila9f5 Před 4 lety

      Ahun ema hedeben eko mesiken😭😭😭😭

  • @waynyelamalij1717
    @waynyelamalij1717 Před 4 lety +1

    lencaa anboo tokicha anboo fundurati male kan bubatii in debinee jabadhuu💪💪💪💪♥

  • @afdalboru6723
    @afdalboru6723 Před 4 lety +2

    Team OMN hedduu galatooma Haccee nuuf fiduu keessaniif Haccee koo nuuf jiraadhu hedduu si jaalanna waan hamaa sirra haa qabu

  • @kaadijawallaggabiyyagota3473

    Nuufi jiradhu sabona keenyaa 💞💞💞💓💓✅👍❤

  • @officialadamse1108
    @officialadamse1108 Před 4 lety +6

    Nuuf jiradhu Haacaalu, namni akka koo Haacaalu jalatan like fi Subscribe dhan naaf mirkanesa ❤💚❤🌳🌳🌳👍👍👍

  • @justiceamerica8796
    @justiceamerica8796 Před 4 lety +11

    I’m so sad 😭 what happened to this young man So sad shaking rest in peace my brother😭😭😭😭

  • @pctube1923
    @pctube1923 Před 4 lety +4

    Dhugaa jette ummata kana afaan cufuudha

  • @bekaz2121
    @bekaz2121 Před 4 lety +5

    Haacee Goota keenya nuu jiraadhu hamtuun sin argin!!

  • @user-mi1lm3wi8s
    @user-mi1lm3wi8s Před 4 lety +9

    አጭ ጎታ ኬኛ💓💓💓

  • @titirouphael7921
    @titirouphael7921 Před 4 lety +2

    Ummuri dheraadhu saabboona Orommoo nubonsitee

  • @afranqallotube8900
    @afranqallotube8900 Před 4 lety +2

    Hoggantoonnii siyasaa ODP Hacaaluu irraa waan hedduu barachuu qabadan ilmaan nafixanyaa dhugaa yoo itti himan malee sossoobun akka sodaatti fudhatanii jiru

  • @tigisttigist5675
    @tigisttigist5675 Před 4 lety +5

    Nufi jiradhu 😍😍👈

  • @enayko5471
    @enayko5471 Před 4 lety +4

    Tekekll haacaaluu ko 🏇🏇👈😘💪💪💪

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 Před 3 lety

    Osoo si agarru si dhabne hubataa koo Biyyeen siif haa salphattu.yoomuu onnee keenna keessa jirta💗😭

  • @SalamSalma-xl1dy
    @SalamSalma-xl1dy Před měsícem

    Warra omn baayeen isiin jibba haacee nudura nyaatee💔💔💔💔😭😭😭😭

  • @rqaiaabdullah4082
    @rqaiaabdullah4082 Před 4 lety +2

    Haceekoo gootaakoo umrii nuf dheeraadhu ❤❤❤

    • @uaekfn9809
      @uaekfn9809 Před 4 lety

      uuuuuuuffffffff acce koo ana nyaatu leccaa oromoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Garatuu nu gubate waan hacce kanaa furamata dhabanee dhugaa isaa dhabanee rabbii haa basuu☝️

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 Před 4 lety +1

    Hacuu koo mali godhuu kaa si nayatanni ooooooooh uuuuuuuuuuufffiii😢😭😭😭😭😭❤️❤️💝💝❣️💜💓

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 Před 3 lety +1

    Ayiiiiiiii eessa jirta mee qaalii keenna😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    Yaa duniyaa,yaa carraa saba koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢
    Garaa koottu gubate leenca koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Moyyataa waa maraa abba dhugaa dhugafii jirate dhugafii du, ee❤️

  • @tenmillion3737
    @tenmillion3737 Před 4 lety +2

    Akkaasi!

  • @MG-yx8lf
    @MG-yx8lf Před 3 lety +1

    Miss u hacce pls come back😭😭😭😭😭😭💔👈

  • @bikilatolasa866
    @bikilatolasa866 Před 4 lety +2

    haacaaluu waaqni hamtuu sirraa ha qabu dhugaa jiru kanuma

  • @hayubosonabaale4475
    @hayubosonabaale4475 Před 4 lety +1

    Hacee lenca koo wowww 👍👍👍👍👌👌👌👌💝💝💝💝💜💜💜💜

  • @maryemaremaryemare9923
    @maryemaremaryemare9923 Před 4 lety +1

    haccee kenaa rabbiin sii tiyyissuu oromitichaaa kenaa qalii kena

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Senaa ririmii hin nyatuu hacce koo❤️

  • @pctube1923
    @pctube1923 Před 4 lety +6

    Gooota oromoo hacee

  • @sabboontuuoromoosabboontuu1757

    Anaa ajjeesu kutattuuko qacalee koo anaan anaan hacaaluukoo 😭 biyyeen sitti haasalpatu hacekoo dhiirti akkakee eessaa argamti qulqulluukoo gootummaa keetiin woreegamte hattee sigalaafatte sareen

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Rabbumatuu dhugaa dubachissee waly

  • @bikilatolasa866
    @bikilatolasa866 Před 4 lety +2

    Haacaaluu goota keenya hoorii buuli dhimma finfinnee irrati hasaan goote namati bara 2011 dugumaa ishee fudhanee bara 2012 immoo ulfesinee bara 2013 immoo laman nama dhalchinaa bara 2014 immoo ilmaan oromoo mara finfineeti galchinaa.
    haacaaluu kooooooooooooo

    • @amirbeyan9677
      @amirbeyan9677 Před 4 lety

      Tap on a clip to paste it in the text box.Touch and hold a clip to pin it. Unpinned clips will be deleted after 1 hour.

    • @amirbeyan9677
      @amirbeyan9677 Před 4 lety

      T

  • @maziiwarraamboo9722
    @maziiwarraamboo9722 Před 4 lety +1

    Xilaatakee biyyeen haa nyaattu haceekoo garraamiikoo uuuuuuuuuu gubadhe essumaa si fuunakaa 😭😭😭

  • @mokeefiqaduu5470
    @mokeefiqaduu5470 Před rokem +1

    uuuuuuuuuufff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hadhaakoosiyademaloo5091
    @hadhaakoosiyademaloo5091 Před 4 lety +3

    Hacee kòoo nu jala badiini yeroo tokko tokko akkanati likki likki itti hima artistota bayyeeni isaani mediyara badani hin badina maloo

  • @marwanted87baradii39
    @marwanted87baradii39 Před 4 lety +1

    Haacaaluu. Leencaa nama.nu Jiradhu💪💪💪💪💪💙💙💙💙💙💙👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Barasissaa koo hacce

  • @jemalomer5080
    @jemalomer5080 Před 4 lety +1

    Wawww ere be oromowoc fiker legedlenge new oromo menager bechdel des balenge I love you from Eritrea ❤🍇

  • @koorykoorykoory8901
    @koorykoorykoory8901 Před 4 lety +1

    Jiradhuu

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Finifineni kanii oromotii dhuganii jiruu kanumaa🌳🌳🌳

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Haccnii dhugumaa jiruu dubataa yaa abba haqa☝️

  • @user-kw4vo4fw4w
    @user-kw4vo4fw4w Před 10 měsíci

    Hache my king 💔

  • @abeabebech6085
    @abeabebech6085 Před 3 lety

    Uuuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭biyen siti haa salphatuu bekaa kenyaa ayiiii

  • @user-yy8st5fj5f
    @user-yy8st5fj5f Před 8 měsíci

    Rabbi dhugaa kee hin gatin.
    Waan jennu wallaalle 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Nafaxanyanii bilashaa abajatii homalee hin aragatuu

  • @celzeina8006
    @celzeina8006 Před 4 lety +1

    We don't forget you our brother

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Yaa rabbii atii araramifii☝️

  • @sishuubegashaw3203
    @sishuubegashaw3203 Před 4 lety +3

    Hacee inimaa itti himte bar kormuuma atii afaan has bananii dhisiin

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Bagumaa dhalanee haccn koo❤️

  • @yyfamily3403
    @yyfamily3403 Před 4 lety +1

    Goota oromoo💪💪💪💪👍👍👍👍

  • @makeyaaliyyi3446
    @makeyaaliyyi3446 Před 3 lety

    Well come omn ija oromo hace ko gara nu gunate me ija oromo imani yomu si dagadhu😭😭😭😭😭😭😭

  • @christinebadede7608
    @christinebadede7608 Před 4 lety +1

    Hacee koo my hero 😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤😍😘

  • @yesasofa4174
    @yesasofa4174 Před 3 lety +1

    Mal sif ta.u lata😭😭 aceko senan yomiyyu sin dagattu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mohammedkharosi4736
    @mohammedkharosi4736 Před 4 lety

    Uuuuuuuuuuuuuffffff haceeko mal siif taanaa lubunkee jannata haa gal u😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @selameselame5748
    @selameselame5748 Před 2 lety

    Getachw Asefa is Abiy💯 you see everyone keeps repeating what they bean told. Abiyot is job to assassinate people why even look other way when you have the worst. Sometimes I get surprised by Dajena with a question he asked. You see Huchalu Hundesa is honest and talk from is heart ❤️✔️❤️ so sad

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Hacce koo naa kofachisee

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Dhuganii hacce bayyuu qaba

  • @user-en6on4yg5h
    @user-en6on4yg5h Před 28 dny

    Ufaaayii aceeeeekooo gubadhee

  • @ganisanbontuoromoganisanbo3007

    Hace baga nagadha dhufuu

  • @fshdfsvx2071
    @fshdfsvx2071 Před 2 lety

    Oromoo koo uuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @betlham8470
    @betlham8470 Před 4 lety +1

    😍waw

  • @sharafabdalla3320
    @sharafabdalla3320 Před 3 lety

    gotaa koo kan sii nyatee dhalli issaa haa batuu

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Hasofanii hacce qimamidhaa❤️

  • @abbahaqaa6873
    @abbahaqaa6873 Před 4 lety +2

    7:07 👍 ❤️💚❤️ 39:39 🤔😎 good job 👏

  • @kayyofancallisee8422
    @kayyofancallisee8422 Před 4 lety

    Uuuuuuuuy Uuuuuuuf yaa Hacee gubaneera ati dhugaa dubate dhugaaf woregamte gotaa koo Sennaan siin dagaatu yommiyu onnee oromoo fi oromiyaa kessa jirta gotaa koo 😭😭😭😭😭

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Nafaxanyanii dinaa oromotii

  • @garadatuluu761
    @garadatuluu761 Před 4 lety +4

    atuu qarutee lecaa acee

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Hacenii onee gutuu qaba pawarinii isaa adda

  • @hawwiikootii6207
    @hawwiikootii6207 Před 4 lety

    ❤❤❤

  • @meseretwubishet9118
    @meseretwubishet9118 Před 4 lety

    Dhugumaa jetee warrumaa addisi ababee tanaf maloo nyaata tokkoyuu itti dhiyesuu dhisudhaa wayyoo osoon ani motummaa ta'ee

  • @hananayyan1978
    @hananayyan1978 Před 4 lety +1

    Hacee koo biyyon sitti haa salphatuu

  • @nourtokicho2336
    @nourtokicho2336 Před 3 lety

    😭ahhh haceeko ana ha nyaatu haadhoko 😢

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Mashaa allh wwwwwwwwoooowww ❤️❤️❤️

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Shimalisi malii bekka garaa isaa qofaa gutatee demaa shamanii kunii

  • @jamilajamila1952
    @jamilajamila1952 Před 4 lety +1

    😍😍😘😘😘💪

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Yaa hacce koo gotaa gotaa callee

  • @betlham8470
    @betlham8470 Před 4 lety +1

    🌹❤️

    • @fadilaanuraajimaa9424
      @fadilaanuraajimaa9424 Před 3 lety +1

      💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Hacce koo❤️🌹🌹👍

  • @nourhannenourhanne8422

    ❤❤❤❤❤💚💚

  • @naiimaahusayut803
    @naiimaahusayut803 Před 3 lety

    Uuuuuuuf yaa rabbii kiiyyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Lecaa

  • @MimiMimi-oj1tp
    @MimiMimi-oj1tp Před 4 lety +1

    😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤

  • @ahmedoro7863
    @ahmedoro7863 Před 2 lety

    Dhiira dhiirarra dhiiraa HACEE💔

  • @sitinaesmael7843
    @sitinaesmael7843 Před 4 lety

    Esaa sii finaa ree amaa haceekoo

  • @tahaqoretube2719
    @tahaqoretube2719 Před 3 lety +1

    😭😭

  • @kassuwako8524
    @kassuwako8524 Před 4 lety

    👍

  • @yeessumoaadha3335
    @yeessumoaadha3335 Před 4 lety +1

    Hacee keenya nuf jiraadhu

  • @Ali-cp2tx
    @Ali-cp2tx Před měsícem

    😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bayisaajeba5206
    @bayisaajeba5206 Před 4 lety

    Dhiira gàafa xiiqii garaan kee Aannan haa dhugu!

  • @user-mp4lf4ji8k
    @user-mp4lf4ji8k Před 11 měsíci

    😭😭😭😭😭

  • @pctube1923
    @pctube1923 Před 4 lety +2

    Hacee

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Nufixee