Barattoota Lakkuu Qabxii Olaanaa galmeessan.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • Barattoota Yuunivarsiitii Amboo Damee Walisootti Qabxii Olaanaa galmeessan.

Komentáře • 153

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 Před měsícem +12

    Uuuuuuuphaaaaa bareedduuwwan keenyaa baga waaqayyo isin gargaaree dhaloota moo'ichaa isin taasise,waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u ameeeeen!ammas gargaarsi waaqayyoo hamma bara baraatti sin waliin haa jiraatu eebbifamaa hamaan isin hin argiin,argus isin hin danda'iin maqaa yesusiin.maatiinis guddaa eebbifamaa waaqaa gadiitti gatiin keessan hedduudha umurii dheeradhaa gammachuu ijoollee keessanii argaa gammadaa maatii eebbifamoo keenyaa❤❤❤❤❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před měsícem +38

    Naf ilee rabi lakku naf haa kanu namni commenti ko dubistan naf tsaloti godha darbaa❤❤

    • @obseobse563
      @obseobse563 Před měsícem +2

      Ameen Ameen waaqayyoo siif haa kennuu anillee akka kee kanan hawwaa waaqayyoo nuuf haa kennuu🤲🤲🥰🥰🥰🥰

    • @መሲ-ጨ5የ
      @መሲ-ጨ5የ Před měsícem

      Ameen//3//waaqayyoon siif haa godhuu saruu too 🥺🥺🥺🥺❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️

    • @tasfayyazo3797
      @tasfayyazo3797 Před měsícem

      Waqayyoo akka attii siif yade siif haa kenu

    • @TsigeTsie
      @TsigeTsie Před měsícem

      Waqqayo sif yaa kennu si yaa badhasu si yaa ebbisu ebbiffami ❤❤❤❤❤

    • @TsigeTsie
      @TsigeTsie Před měsícem

      Waqqayo sif yaa kennu si yaa badhasu si yaa ebbisu ebbiffami ❤❤❤❤❤

  • @melkamuteshome5473
    @melkamuteshome5473 Před měsícem +3

    I loved everything about this family including their house painting. So beautiful and congratulations!

  • @abdijemal6476
    @abdijemal6476 Před měsícem +8

    Masha Allah rabbiin umrii isaanii Keessa barakaa haakaayuf

  • @teshomegosomsa8829
    @teshomegosomsa8829 Před měsícem +4

    The super Lioness arise from Weliso town Ambo university Weliso campus.We proud of you because you are unique gift for the nation from God.

  • @user-yb3ub8bq1e
    @user-yb3ub8bq1e Před měsícem +4

    wow wow wow wow ♥️🥰💯 waqayoo isin haa Ebbissuu Ebbifama Dachaa baraf jirenyaa keessaan hundumaa

  • @EmebetAlemu-ft6bg
    @EmebetAlemu-ft6bg Před měsícem +7

    Waqayyooni gofotaani sii nii wajiini hata uu jabaadha obollotaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @atseduyoutube4065
    @atseduyoutube4065 Před měsícem +3

    Wowww waaqayyoo gooftaan dhuma keessan Haa bareechu ❤❤❤

  • @fozi-ph6sw
    @fozi-ph6sw Před měsícem +4

    Masha allah rabbin bakka guddan isaan haa gahuu yaa Rabbi ilman lakku naaf keen😢

  • @Deso-h8y
    @Deso-h8y Před 6 dny

    Woowwwww ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 bagaa waqayoo siin garagaree lubuuwaanii koo jabadhaa waqayoo nii amasii sii yagaragaruu ❤❤❤❤🎉🎉🎉 ilove you❤❤❤❤❤😊😊😊

  • @user-yx4fl9lu4b
    @user-yx4fl9lu4b Před měsícem +1

    Bagaa Gamadaan umurii dheradhaa obbolewakoo ❤❤

  • @Shayitube01
    @Shayitube01 Před měsícem +2

    Uuuuuuffii Wow Bagaa Gamaddanii Maatii Jalalaa 🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @TemamTusa-k2i
    @TemamTusa-k2i Před 19 dny

    Congratulations 💐🎉🎉❤❤❤🎉🎉 WOW Mashaallah qaaliiwwan Oromoo

  • @AdanBulesora-dr7ws
    @AdanBulesora-dr7ws Před 10 dny

    Masha Allah baguma waqi Isani gargare

  • @Damiiyyeeshawaawalisoo
    @Damiiyyeeshawaawalisoo Před měsícem +1

    Yaa rabbii anaf illee shamaran lakkuu lama naaf kenii😢😢😢 insha allah😢😢❤❤❤

  • @MangistuuHundeessa
    @MangistuuHundeessa Před 16 dny

    Congra isinif gammadeera dhugaa❤

  • @KumeKume-z7p
    @KumeKume-z7p Před 22 dny

    Wwwooo jajaawaankoo nuuf Jabadhaa ❤❤❤

  • @samsungmobilee5215
    @samsungmobilee5215 Před měsícem +2

    Waqayyoo waajiin isin haa bulchuu ❤❤❤❤

  • @Sifanthefirsthalfthesametimefo

    Wow so amazing. Keep it up.!😘

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 Před měsícem +1

    Wowowowo Wowowowo bagga gamadaan dhugaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TsigeTsie
    @TsigeTsie Před měsícem +1

    Waqqayo isini yaa ebbisu ebbiffama 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbdexMan-n2v
    @AbdexMan-n2v Před 22 dny

    Wow I appreciate you ❤❤
    Ijarra hafaa

  • @umargadaa3903
    @umargadaa3903 Před 14 dny

    Congratulations congratulations I will sponsor to came USA

  • @Mustafa-o6y
    @Mustafa-o6y Před měsícem +1

    Baga Gamaddan -CONGRATULATIONS❤❤❤

  • @Makiishow1222
    @Makiishow1222 Před měsícem +1

    Mashallah bareeduu waan koo ❤🎉🎉

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela7132 Před měsícem +2

    Mashaallah mashaallah mashaallah ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SaaraaYouTube
    @SaaraaYouTube Před 8 dny

    Matii jalalaa dhugaa ❤❤❤😍😍😍

  • @daraartuuoro6694
    @daraartuuoro6694 Před měsícem +1

    Wooow akkam nama gammachiisu waaqni ammas isa caalutti isaan dabarsu❤

  • @wabiientertainment1252
    @wabiientertainment1252 Před měsícem +2

    Haadha nama hundaa umurii dheertuu siif yaa kennu!

  • @user-qj7cu7et1y
    @user-qj7cu7et1y Před měsícem +1

    Marvelous name.Congratulation🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @TOKUMARETA-w6z
    @TOKUMARETA-w6z Před 2 dny

    Wow bagaa gamadani 🎉🎉🎉

  • @AbdoZenu3
    @AbdoZenu3 Před měsícem

    wwwwwow very good Bayyee Nama gammachiisa guddaa bakka guddaa waqaayyoo issin Haa qubsiisu sister koo 2 man❤❤❤😢😢

  • @user-zd9ul1nl2oAbee
    @user-zd9ul1nl2oAbee Před měsícem +2

    Wow baga waqayoon isin gargare qaxalewanko❤❤❤

  • @tasfayyazo3797
    @tasfayyazo3797 Před měsícem

    Dhugaa baay'ee nama gamaachiisa ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🤲🏻🤲🏻☝

  • @KasahunTola-j1s
    @KasahunTola-j1s Před měsícem

    Jabaadhaaa qaaliiwwaan ijoollee oromooo❤❤❤❤❤

  • @MsroGg-c8o
    @MsroGg-c8o Před měsícem

    Yaa Raabii bakka gudaa iisi haa gayuu I love you

  • @burqaaentertainmenttube989
    @burqaaentertainmenttube989 Před měsícem +1

    Congratulations 👏🎉🎉 baay'ee namatti toltu ❤️

  • @HabtamuMekonen-cc1vi
    @HabtamuMekonen-cc1vi Před 29 dny

    Ammallee waqyyoo isaan haa eebbisuun jedha qaroowwan biyyaa

  • @-PHOTO-BEKI-
    @-PHOTO-BEKI- Před měsícem

    Waaaw ammas gargaarsi maatii irraa fagaachuu hin qabu!

  • @muluneshmuchaaeyaasuu8606
    @muluneshmuchaaeyaasuu8606 Před měsícem +1

    Congrats may setrii 😘😘😘😘😘

  • @Ethiopalestine-o3q
    @Ethiopalestine-o3q Před měsícem +2

    Masha Allah 💜

  • @GaramuTamiru
    @GaramuTamiru Před měsícem +1

    ❤❤❤❤❤hundi.jarayu.baye.baredu.baga.gamadan

  • @hinjifannobiyya9117
    @hinjifannobiyya9117 Před měsícem

    CONGRATULATIONS TO THOS RNTIRE FAMILTY!!!!!!!!!

  • @Biro-Oromo
    @Biro-Oromo Před měsícem +1

    Baay’ee namti toltu ♥️♥️

  • @user-yw6ry1tx3l
    @user-yw6ry1tx3l Před měsícem +1

    Wwwwwwwwww wara wale walisoo❤❤❤❤❤

  • @GhiwotTilahun-l3x
    @GhiwotTilahun-l3x Před 6 dny

    It is amassed

  • @SimbooMinase
    @SimbooMinase Před měsícem

    Uff haadhatiitu natti tolte dhugaa,miidhagduu umurii dheeradhuufi

  • @KadirAbduro
    @KadirAbduro Před měsícem +1

    🎉🎉🎉🎉🎉 congratulations 🎉🎉🎉

  • @QueenGete
    @QueenGete Před 26 dny

    www baga waqqayaon isin gargaree obbolota koo sin jaladha

  • @ZeynuuAhmed-q8b
    @ZeynuuAhmed-q8b Před měsícem

    Wow yes dasileenyaal ❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🥀

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před měsícem

    Congratulations🎉🎉🎉🎉baga waaqayyoo isin milkeessee maatiin llee baga gammaddanii❤🎉❤🎉❤❤❤❤❤❤💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @pawulosDibisaAmeya
    @pawulosDibisaAmeya Před 24 dny

    Wow jabadha

  • @DabalaGalana
    @DabalaGalana Před 8 dny

    Woow jabadhu

  • @genanewgizacchow9890
    @genanewgizacchow9890 Před měsícem

    Admirable!❤❤❤

  • @BalelaElema
    @BalelaElema Před 4 dny

    Bu,uurri Barattoota kana maatiidha ,,,,,,,maatiin galataa guddaan isaaniif haha maluu

  • @asteertaddas-vk3do
    @asteertaddas-vk3do Před měsícem

    Darba Milka'a Baga,Gamadanii, Qaxalee wan kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yirgasemaneh1672
    @yirgasemaneh1672 Před měsícem

    Bayyee garii shammaran akkaasii qabachuu univesity amboo fi oromoo hundaaf gammaachuu guddaadhaa

  • @Abdulkarimdhabasaa
    @Abdulkarimdhabasaa Před měsícem

    Bags gammadana ilmaan oromoofi ilmaan biyyaa bags gammadan fiixa isiif habaahuu

  • @mohegaremew6831
    @mohegaremew6831 Před měsícem +1

    congratulation for twins

  • @habtamubaharu134
    @habtamubaharu134 Před měsícem

    Congrats sisters 👏👏👏

  • @user-tk4mr1fj7f
    @user-tk4mr1fj7f Před měsícem +1

    Great Woliso Oromia.

  • @letmefindthepave9223
    @letmefindthepave9223 Před měsícem

    Obbo xurunaan nama cimaa itti gaafatamummaa ijjoollee Fi mana isaa sirritti bahachuu dandaheedha

  • @SaraHailu-on6hb
    @SaraHailu-on6hb Před měsícem

    Baredduuwwaan Kenya Baga wqy isiin gargare.

  • @BirhanuGenale
    @BirhanuGenale Před 26 dny

    Baay'ee nama ajaa'iba wanti keessan.

  • @KapiKapapshi
    @KapiKapapshi Před měsícem

    Bagaa gamadaa baayyee seenna aja,ibaati kun amaale jabadhaa

  • @TokumaBayeta-mq6yd
    @TokumaBayeta-mq6yd Před měsícem

    Lakkuuwwan baga gammaddaan

  • @hussenaliyyi1250
    @hussenaliyyi1250 Před měsícem +1

    Obbolyyan kenya baga gammaddan ilmman kessan sadarkka kana gahuuf

  • @RabiraAbera
    @RabiraAbera Před 6 dny

    ❤❤❤❤❤B/s Caanee ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-lb8zv1ed2j
    @user-lb8zv1ed2j Před měsícem

    Congratulations Baga gamadani

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před měsícem +1

    Wow❤❤

  • @user-gv4ur1kz2f
    @user-gv4ur1kz2f Před měsícem

    Wow❤❤❤❤❤❤❤❤😮😮😮😮

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf Před měsícem

    Bagaa rabii isni milkkeese matii jalalaaa❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @UmmuAmmar-zd6qz
    @UmmuAmmar-zd6qz Před měsícem +1

    Bagaa Gammaadaan

  • @badhasohusen
    @badhasohusen Před měsícem

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤ Congratulations

  • @kumala-win
    @kumala-win Před měsícem

    congratulations!!!!!!!!!

  • @muludejane4734
    @muludejane4734 Před měsícem +1

    🎓🎓👌👌👌

  • @user-zk4zq8vg6r
    @user-zk4zq8vg6r Před měsícem

    Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤❤

  • @tasfayyazo3797
    @tasfayyazo3797 Před měsícem

    Baga itiin itiin gahee qaxaleewwaan abdii sabaa

  • @user-yf1lj4ld4h
    @user-yf1lj4ld4h Před měsícem

    Baay'ee baareeduu❤

  • @NuradiinMuktaar
    @NuradiinMuktaar Před měsícem

    Mashaa alaha baga gamadan

  • @user-rl5ht4wo3m
    @user-rl5ht4wo3m Před měsícem

    Baga rabbii carraa guddaa kanan isiin gahe

  • @makidagabiso3493
    @makidagabiso3493 Před měsícem

    Masha allah ❤

  • @SamiiroLamesa
    @SamiiroLamesa Před měsícem

    Uf hadhitti kuulaanni dha umurii isiniif ha dheerattu

  • @user-sw3ud5tk7n
    @user-sw3ud5tk7n Před 29 dny

    Wwwwww ❤❤❤❤❤

  • @LalisaDinsa
    @LalisaDinsa Před 18 dny +1

  • @miskallelove6867
    @miskallelove6867 Před měsícem

    Woowww darbaa milkaa,a qaxaleewwan baay,ee namatti toltu

  • @PawulosSufa
    @PawulosSufa Před 14 dny

    Ajaa, ibaa

  • @user-xo4kb2xo6j
    @user-xo4kb2xo6j Před měsícem

    Wow wow ❤❤❤❤❤

  • @Seenna414
    @Seenna414 Před měsícem

    Baga gammddani matti jallattamo❤❤❤❤

  • @TemesgenBirhanu-og1qf
    @TemesgenBirhanu-og1qf Před měsícem

    Congratulations

  • @KenenisaEshetu
    @KenenisaEshetu Před měsícem

    congra❤❤❤❤❤❤❤

  • @TofiqAmeeAbbaBakalcha
    @TofiqAmeeAbbaBakalcha Před 21 dnem

    Rahaamaa

  • @abdiijamal6543
    @abdiijamal6543 Před měsícem

    Wahundarra mogasa maqaa wwoww

  • @kibubayecha5692
    @kibubayecha5692 Před měsícem +1

    Dhuma keessaan illee isiin has barreessu

  • @averuoromati1773
    @averuoromati1773 Před měsícem +1

    Barrreduwankooo

  • @firaoltsegaye8725
    @firaoltsegaye8725 Před měsícem

    Kelo&sidise🥰🥰🥰

  • @ColleeRobe
    @ColleeRobe Před měsícem

    Jabaadhaa guddadhaa

  • @CaalaaAddunyaa
    @CaalaaAddunyaa Před 21 dnem

    Bagaa gamadan

  • @RataYadasa
    @RataYadasa Před měsícem

    Maashaallaa

  • @diboradaadhii3226
    @diboradaadhii3226 Před měsícem

    Wowow wowow ❤❤❤❤❤❤❤