Video není dostupné.
Omlouváme se.

Diraamaa hanna qormaataa irratti qophaa'e.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 05. 2024
  • Diraamaa hanna qormaataa irratti qophaa'e.

Komentáře • 81

  • @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
    @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 Před 2 měsíci +27

    Waa'ee barnootaa irraattii qamnii dhiimmii kun ilaallaatuu otoo obboolotaa keenyaaf ilaalchaa godhamee yaadaa jedhuun qabaa OBN-s karaa siinif danda'amee.
    Inniis immoo obboolonnii keenyaa badiyyaa halumaa jireenyaaf nageenyaarraa kan ka'ee silaayyuu rakkoo hamaa keessaa darbanii baraatu.
    Hammaa immoo mistirii kutaa 6 matiiriikii kutaa 8 godhaamee😢
    Ijoolleen kutaa 6 baay'ee xixiiqoodhaa garuu bakkaa ittii baraatanii bakkaa biraa karaa dheeraa deemaanii akka qoramaan godhamaa jira kutaan 8t illee, baay'ee namaa gaddiisiisaa mana barumsaa ittii ergamaan illee fagoo ta'uu irraa kan ka'ee millaan deemaanii bakkaasaa waan hin beekneef iyyaafataa deemuu😢😢 malii kun ? Maliif ijoollee burjaajessuu? Ofiisaa bakkaa gaarii ta'aanii maliif ijoolleetii ba'aa fiduu? Maliinnii wantii biyyaa keenyaa Oromiyaa keessaattii ta'aa jiruu? Adaraa keessaan dhimmaa kana akka qosaati hin ilaalinaa 😢😢
    Ijoolleen barumsaaf abdii fiixa jiru😢
    Ijoolleen kan dhiisaanii manattii galaa jiruu😢
    Maloo qamnii dhimmii kun ilaallaatuu waan kanaa haa sirreessuu, kutaa 6,8,10,12 maliif ittii xaphaatuu? Akkaataan qormaata fudhaachuu isaanii akkumaa duriittii nuuf haa deebi'uu , jijjiiramaa qulquliinaa barumsaatif jedhaamee godhamee kun ijoolleef hin taanee😢😢
    Kan isaanii balaa fi du'aaf saxiilaamaa jiruu kanaaf bakkumaa baraataniittii haa qoramaan! Bor biyyaa kana kan oggaannuu baraatottaa

    • @user-jf6dd2hs9x
      @user-jf6dd2hs9x Před 2 měsíci

      eenyutu konkolaataan ykn fardaan ykn motoraan deemee baratee beeka?rakkoon jiru barattoonni baadiyyaa barnoota isaanii irratti xiyyeeffannoo dhabuudha kutaa 4 irraa kaasanii jaalalatti galu sana booda kaayyoo manaa bahaniif dagatanii karaa hin taane duuka bu'u dhumarratti gaafa qormaataa amalli isaan agarsiisan sana fakkaata kanaaf hin dogoggoriin.

    • @zainabzainab2785
      @zainabzainab2785 Před 2 měsíci +2

      Barefama kaana barecha Likke godhaa wallahii baye rakataru baratoni

    • @zainabzainab2785
      @zainabzainab2785 Před 2 měsíci +2

      ​@@user-jf6dd2hs9xakkana hin jedhin obola hin qabduu😢😢😢bara darbee ijolen baka bira demani qoramani meqatu dhumani

    • @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
      @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 Před 2 měsíci

      @@user-jf6dd2hs9x mee atii baddiiyyaattii baratteetu biyyaa biraa deemtee qoramteeyyii? Sammuuttii deebi'ii

    • @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
      @hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 Před 2 měsíci

      @@zainabzainab2785 hedduu galatomii sanyii

  • @Kalifa954
    @Kalifa954 Před 2 měsíci +1

    Uuuuuuuu maal jechuu qulqullinaa barnoota ijoolle tanaf ha egamuu qaamin dhimmi ilaalatu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤ Beekumsii Eegumsaa OBN ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi injifannoo hawaasaa jabaadha BARSIISAA

  • @user-vs9jq1jt5o
    @user-vs9jq1jt5o Před 2 měsíci +5

    Kaan duuraan Nuu yaadachuftaan maloo❤❤❤😢😂😂

  • @user-hl8er5zo7c
    @user-hl8er5zo7c Před měsícem +1

    👍👍👍❤️

  • @imranofficial2480
    @imranofficial2480 Před 2 měsíci +2

    Hattun dalagaa qabamuun yakka❤ abdiin murina karaa fuuldurati
    Dura qulqulina irrati hojadha gaafas dhiifna

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e Před 2 měsíci +1

    Namati toolaa jabadhaa itfufaa 👍❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🌹🌹

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤Eegumsaa ni mooyaa kufaatiin kanaaf Ogeeyyiin fayyaa fi Mootummaa mariidhaa maatiin walumaan

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    Yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa kanaf Qoruumsii dhibeedhaa Ogeeyyiin wal dhageeffachuun waliif waliin deemsis Beekumsii Eegumsaa Barsiisootaa wal'ansa Biyyaan Biyyaan gahaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤❤ yaadii argii Ariitiin/waraanii Qaamni Beekuu Mootummaan qaama eeguu Barsiisootaa Wel come Diillaa Yuniversity wal'ansaa Yaannis waraanaa qabeenyaa Biyyaatu eegaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    Teessoo taajjabbii Ato Dammaqaa mokonniin qalbiin waraanaa Uffataa
    Humni Eegumsaa Barattootaa
    Kan argee dhufee Dr Darajjee Dhugumaa injifannoo Barsiisootaa karaan mootii dugdaa Rafnaaan Fadiis Radio garaan Oromia

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤❤Dr Biraanuu leenjisoo hubadhu Activist axeeraaraan bara 2013fi2014 laftis riqicha Biyyaaf

  • @CaaltuuCaaltuu-on1on
    @CaaltuuCaaltuu-on1on Před 2 měsíci +1

    Baa'yee tokkoo namati tolu ❤❤❤❤❤❤

  • @MilkiBayisa
    @MilkiBayisa Před 2 měsíci +2

    Sinirraa bareeda jabaadhaa

  • @FeyruFati
    @FeyruFati Před 2 měsíci +1

    Jabadha

  • @Injifannoo_Taammiruu_Urgeessaa

    Daarikteera mana barumsaa waa'ee barnootaa hin hubanne, hoogganaa waajira barnootaa aanaalee fi godinaa waa'ee barnootaa hin hubanne qabannee waa'ee hannaa odeessuun hiika hin qabu. Waa'ee barnootaa bu'uura irraa haasa'uutu furmaata ta'a. Qormaanni erga barnoota barsiifnee booda ta'uu qaba.
    Manni barnootaa yoo xiqqaate maaliif akka barumsa barattu, erga barattee booda maaltu akka sirraa eeggamu sitti hin himu taanan hiikni barnootaa maal akka ta'e namaaf hin galu.
    Rakkoon barnoota barataa miti maatii, hawaasa mana barumsaa fi hooggansa barnootaati.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤ Beekumsii Eegumsaa Qopheesitoota Diraamaa Gaafa Yaadduu Eegiif wirtuu lafeedugdaa surprises Qorumsaanis Bicycle drive from government ifaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    ❤❤❤Iccittiiin gola barnootaa araaraa
    Arda marii Barsiisota Galatoomaa
    Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Barsiisootaa Galma Seenaa
    Galmee Seeraa
    Galmee heeraa
    Galmee Biyyaa
    Galma Biyyaa Dhibee defense Ministera Magaalota f
    ❤❤Firii gaarii Barattootni Beekumsarraa ida'amuun ijaarsa Barsiisoonni Eegumsaa Eegumsaa Hambaa Seenaa Hannaa Tigari kolonel lafti dukkanaa gonder 24hours

  • @sagniwake6758
    @sagniwake6758 Před 2 měsíci

    Ingliifa jeeneyyuu jalqabaratti
    Heerega qoraman garu

  • @FayoAhmed-us4rv
    @FayoAhmed-us4rv Před 2 měsíci

    Baredaa akanati hojachuun Koraj mach as koraj gaday jedhama😂😂😂😂😂 I

  • @user-dk8xr8nb5v
    @user-dk8xr8nb5v Před 2 měsíci

    🎉🎉

  • @HananTube-ee2sx
    @HananTube-ee2sx Před 2 měsíci

    Mana Barumsa Gadal gibu ❤❤❤❤❤

  • @catuubaqalaa
    @catuubaqalaa Před 2 měsíci +3

    ❤❤❤❤❤😊😊😊😊

  • @AbsolutelyBrilliant-wb1re
    @AbsolutelyBrilliant-wb1re Před měsícem

    Ingiliffa qoraman jeennaayyuu garu kan isaan hojjatan immoo herregaa dha vedio sobaa waraabdanii nama sobaa jirtan soo wanta sobaatiin nama hin sobinaa
    Garuu namni kaameeraa kana qabu jiru agarutti hin jiruu

  • @FIXAATUBE
    @FIXAATUBE Před 2 měsíci

    Wayyii gafaa San garuu yaada natii kaftaan

  • @SaaraaYouTube
    @SaaraaYouTube Před 6 dny

    ❤️😍😍😍😍

  • @SaraEthiopian-mv4zc
    @SaraEthiopian-mv4zc Před 2 měsíci

    ❤❤❤ uuufff maaf nu yadaachiftuu amma

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 měsíci

    Mootummaan ❤ Yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Qoorumsa Ofumaa Keennuu deebisee Yoo Fudhannnee Kufaatii Biraanuu Naggaa fi Competition Seera Tigrai media 😊

  • @obsansoresa4333
    @obsansoresa4333 Před 2 měsíci +2

    Overall, this drama is promoting misconduct during exams!

  • @tegeneasefa112
    @tegeneasefa112 Před 2 měsíci

    🙆🙆🙆🙆maalikun?
    Safuudhabboo!😂

  • @FattaaZaakir
    @FattaaZaakir Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbasAhmad99aa
    @AbasAhmad99aa Před 2 měsíci

    It's old curriculum

  • @wabiientertainment1252
    @wabiientertainment1252 Před 2 měsíci

    Barullee qabataniit qormaata biyyoolessaa seenuu 😅😅

  • @SadiyaAhamad
    @SadiyaAhamad Před 2 měsíci

    😂😂😂 wyii hamdiya 😂😂😂😂

  • @user-il6ih9it1b
    @user-il6ih9it1b Před 2 měsíci

    ❤❤❤

  • @Meski-Mange430-b3g
    @Meski-Mange430-b3g Před 2 měsíci

    Hannan as genye iddo gudda genya ammas fuldurii kenya Ifadha hanna wajjin
    Barsiisichu oso hate dr ture😂😂

  • @user-ec5wq7td2i
    @user-ec5wq7td2i Před 2 měsíci

    ergaan isaa baratan yaa hatu jechuudha.

  • @user-fg7hb1ny9q
    @user-fg7hb1ny9q Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-qs3fs6iu5x
    @user-qs3fs6iu5x Před 2 měsíci

    Dhugaa Waaqaa dubbachuuf taanaa qulqullinni barnootoo Itoophia gadi bu'aa haata'uyyuu malee kan Amerikaa dachaa 10 caala yoon jedhe soba hintaatu. Kana iddoo hedduuttan arge. Barnoonni Asia fi Auropaati hafe.

    • @makiama9561
      @makiama9561 Před 2 měsíci

      Silaa barnnooni ameerika kaa keenyaa caalla dagi-bu'aadha jettaa?

    • @user-qs3fs6iu5x
      @user-qs3fs6iu5x Před 2 měsíci +1

      @@makiama9561 Eyye, Kan Itoophiatu warra Amerikaa dachaa 10 caala, hamman argetti! Yoo xinnaate barataa fi barsiisaan gayee isaanii beeku. Kara deemaa Itoophiatti kutaa 4yyu hindabarre dolaara qaba jedhanii koleejii Itoophia galchuun jirtiiree? Hamman barsiissee argetti barattoonnii koo ciccimoon Amerikaatti hindhalanne! Warri Itoophiaatti dhalatan 1-5fa bawu!

    • @makiama9561
      @makiama9561 Před 2 měsíci

      @@user-qs3fs6iu5x RABBI SI haa gargaruu jabbaadhu Erga barsisaa ta'atee 🥰

    • @user-qs3fs6iu5x
      @user-qs3fs6iu5x Před 2 měsíci

      @@makiama9561 Amin, galatoomi atillee! Baratoonni Itoophia Asia fi Auropaa faana dorgomuu qabu malee Amerikaa faana wal hinmadaalani. Maatriikii waanti jedhamu hinjiru. Qabxii isaanii garuu barsiisaa dorsisaanii 4.0 fidu. Hojiidhaan namni argatu xiqoodha. Yoo barsiisaan waan hojii isaanii laateef yoo tole abbaan ta'e bilbileetu of eeggadhu jedhaan, yookan hinajjeesu, yookan hirreebu, yookan maqaa balleessu. Kanaaf barsiisaan jiraachuudhaa hamma fedhan kennaaf! Kun biyya biraa hinjiru.

  • @LalisaAlemu-120
    @LalisaAlemu-120 Před 2 měsíci

    Baay,ee nama dinqisaa

  • @user-rt8go7do3h
    @user-rt8go7do3h Před 2 měsíci +1

    Hanna hojjattonni mootummaa
    Bajataa mootummaa saaman
    irrattiis hojjadhaaa

  • @FjfjFkdlf
    @FjfjFkdlf Před 2 měsíci

    ♥️♥️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Mahamed-my4su
    @Mahamed-my4su Před 2 měsíci

    Seeri mana barnootaa laafa fakata😂

  • @ralamerialameri563
    @ralamerialameri563 Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-gz6yl1mv2u
    @user-gz6yl1mv2u Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn Před 2 měsíci

    Kkkkkkk waayyoo baraa kutaa 9 baraadhu yaa dadhee😂😂😂

  • @Masho323
    @Masho323 Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BilaalooAbdu-gc8rc
    @BilaalooAbdu-gc8rc Před 2 měsíci

    Hawaas Nageessoo nama oduu qofa oofu

  • @user-zz2pn3oj3x
    @user-zz2pn3oj3x Před 2 měsíci

    😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @user-wz6lq3ik2d
    @user-wz6lq3ik2d Před 2 měsíci

    Hamziyaa tuni bajaj edaa😂😂😂

  • @nazimumohammed2667
    @nazimumohammed2667 Před 2 měsíci

    Dhugaa irratti kan hundaae

  • @getulami50
    @getulami50 Před 2 měsíci

    Garuu kanaan jedhu englizii irratti hatareerarra maal arga baratan??

  • @SamiFeyisa
    @SamiFeyisa Před 2 měsíci

    Hhhhh

  • @salihahamza9761
    @salihahamza9761 Před 2 měsíci

    😂😂😂❤❤❤❤😢😢😢😢😊

  • @kalid_J
    @kalid_J Před 2 měsíci

    Lakkoofsi afaan ingilii irraa maal godha

  • @tajusufi8932
    @tajusufi8932 Před 2 měsíci

    😂🤣😂

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Před 2 měsíci

    😂😂😂😂😂😂

  • @FjfjFkdlf
    @FjfjFkdlf Před 2 měsíci

    Namati toola dhugama wlhy

  • @Seenna414
    @Seenna414 Před 2 měsíci

    Kkkkkkkk

  • @NourNour-vm3ox
    @NourNour-vm3ox Před 2 měsíci

    🎉❤❤❤❤❤❤I❤ I

  • @Kalifa954
    @Kalifa954 Před 2 měsíci +1

    Uuuuuuuu maal jechuu qulqullinaa barnoota ijoolle tanaf ha egamuu qaamin dhimmi ilaalatu

  • @BoruZaku
    @BoruZaku Před 2 měsíci

    Jabadha

  • @user-qm9hl6ei5q
    @user-qm9hl6ei5q Před 2 měsíci

    ❤❤❤

  • @Tesema_Bariso
    @Tesema_Bariso Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉