Addisu Wayima | Attamiin Galaanni Na Ittisa | ( Official Audio ) All Album Vol 3

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 25. 12. 2020
  • #AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE
    SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL
    TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS
    ©Addisu Wayima Official Copyright

Komentáře • 329

  • @SaraSara-me7uk
    @SaraSara-me7uk Před rokem +9

    bara ijolumma koo irra hamma har'atti farfanna kana dhagefadhe hin qufuu eebbifami nama dibata

  • @mergaofficialtube1701
    @mergaofficialtube1701 Před 2 měsíci +3

    Addisuu ani walaloo fi sagaleen si keessa burqee YESUS kan olol qabu kun jalladhees quufuu in dandeenye, ittuu akka inni natti caalu na taasifte! ani amma maal godhu???????? Nama ko Waaqayyo bara kee maatii kee guutummaa haa eebbisu ulfinni isaa immoo Waaqayyo abba keenya Yesus Kiristos fayyisaa keenya Hafuura qulqulluu barsiisaa keenyaaf haa ta'u! yoo Jaalala isaa ta'e gaaf tokko qaaman wal arginee hawwiin si arguuf qabu nan oobbaafadha. yoo ta'uu baate garuu motummaa abba keenyaa keessatti wal agarraa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! baayyeen si jaalladha! nagaan jiraadhu bakka jirtu.

  • @bisileabrahamtoke5216
    @bisileabrahamtoke5216 Před dnem +1

    Addi koo Waaqayyoo dachaa dabbale sii haa Ebbisu Faarfannaa kee hundumaa bayye itti Ebbifamer kessum isaa daagadigadi baribadaa kan jedhu seenaa koo fakkata ❤❤❤ Ebbifam

  • @abdiasrat626
    @abdiasrat626 Před rokem +11

    halkan sa'a 10tti taa'ee dhaggeefachaan jira🥰
    barbaadamukotu isa😍😍

    • @user-ir4pn4bg9c
      @user-ir4pn4bg9c Před 7 měsíci +2

      No matter how many times I hear this gospel song I am there to repeat. May God bless you with more. Keep dropping this

  • @girmakebede9485
    @girmakebede9485 Před rokem +4

    Baguma si qabaanneem Addookoo...Albuda dhalootaa

  • @kaleab5618
    @kaleab5618 Před rokem +4

    obboleessaa koo barrii keessan haa eebbifamuu

  • @kefaletadesse8464
    @kefaletadesse8464 Před 11 měsíci +4

    Addisu waanan jedhu hin qabu garuu waaqayyo barakee haa eebbisu

  • @user-xu1et1wr9q
    @user-xu1et1wr9q Před 8 měsíci +7

    I love your song. May my god bless you.

  • @user-gn3jx6dx1i
    @user-gn3jx6dx1i Před 2 měsíci +2

    Anin dhugaa dubachuufii osso hin Amaniini ordx ta'en farfanana ketiif kan farfataa bacaa bayyana baay'een jaladhaa Ture Amma immo ergaa Amanee natii cimee farfanaa kessan dhagefachun Ebbifama nama waqayyon jirenyaa kessaan haa ebisuu ittii fufaa farfadhaa .kiristosin jaladhaa ,jaladhaa olii olii qaba Ameen ebifamaa

  • @user-uk7bf4ho7k
    @user-uk7bf4ho7k Před 4 měsíci +3

    Adisuu ❤❤❤. Ebbbiiffamaa Koo nuuf jiradhuuu

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 Před 3 lety +12

    Addis akka maqaa kee nama waan haaraa hojjete! Simalee maalqabna! Utubaa bu'uura dhaloota har'aa, isa mootii weedduu ta'e hafe! lubbuu baay'eetu isiniin fayye! Amabaasaaddara waaqaa! ammas waan baay'ee sirraa eegna!! waaqayyo abbaan keenya fayyaa guutuu fi eebba hundumaan si gargaaru! Gatiin keessan isa bira.

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @wangaariofficialtube4726
    @wangaariofficialtube4726 Před 9 měsíci +2

    ani yoomiyyuu faarfannaake dhageefadhe quufuu hin danda'u waaqayyo baaraf jireenyakee ha eebbisu eebbifami

  • @amanueltolesa9238
    @amanueltolesa9238 Před 4 měsíci +2

    Faarfanna kee kana Dhaggefachu ergan jalqabe Waggoota dheera ta'eera..Arras akkumma faarfanna haarattin dhaggeeffadha hin nuffamu❤❤

  • @user-dq8rh6lo5t
    @user-dq8rh6lo5t Před 9 měsíci +2

    Yoommuu dhageefadhe kan hin qufnee farffaanna keessan hundaasa..... nama waaqayyoo eebbifaamaa❤❤❤❤❤😊

  • @GemechisEmiru
    @GemechisEmiru Před 2 měsíci +1

    Ameen eebbifami addisu si jaallana

  • @tsehaykenea4426
    @tsehaykenea4426 Před rokem +2

    Waaqayyo inni ati faarfattu siini,maatii kees haa eebbisu!!🙏🙏

  • @gemechismelaku3208
    @gemechismelaku3208 Před 29 dny +2

    amazing adde keenyaa

  • @kiyaadugna2823
    @kiyaadugna2823 Před 3 lety +10

    Addee koo ebbiiffamii baay'een si jaalladha amaantan koo ortdoosii garuu farfanna kee dhageeffadhe hin qufuu yeroo hundaan sii dhaggeeffadhaa waqayyoon umurii dheeraa fayya waliin siif haa kennu😍😍😍

  • @user-dy6yg2df3i
    @user-dy6yg2df3i Před 6 měsíci +2

    Adu God bless you and your family too ❤❤❤❤❤❤

  • @GANNATG-iw6mw
    @GANNATG-iw6mw Před rokem +1

    Faarfata addisuu wàaqayyoosi haaebbisu

  • @abditubeofficialchannel3072

    Uuuf albumkee hunduu gaariidha kana adduma godheen jaaladha adduu eebbifami ammayyuu ha burqu

  • @my_passion_best_worker
    @my_passion_best_worker Před 2 lety +1

    bayyee ebbifamii ammas farfannawwan biraa bayyeeedhan sii egaa jirra. wan ofkessa ammaa qabdu san as basii bayyee nuu barbachisati. guddaa ebbiifami.

  • @milkisena4729
    @milkisena4729 Před 2 lety +2

    Eebbifami waaqayyo sii haa eebbisu......................

  • @dachasabafikadu8617
    @dachasabafikadu8617 Před rokem +1

    Kennaa Waaqayyo Faarfannaadhaan akka eebbifamnuuf nuuf Kennedha ati.

  • @lelisaketema1369
    @lelisaketema1369 Před 2 lety +1

    Waqayyoo bàra kee haa ebbisuu namaa waqayyoo

  • @geremualemayoofficial526
    @geremualemayoofficial526 Před 3 lety +6

    Addeekoo nama wqyyoo ofiisa gaditti abbaa hafuuraakoo godhee naaf kenne , si hin kijibu faarfannankee jireenyakoo sirreessaniiruu ,fayyisaniiruu , ani si dhaggeeffadhee hin quufu, kennakoottii akkan jabaadhu ,ilaachakoo qajeelchee ,itti akkan guddadhu kan godhe si'idha ,na keessa hin badduu nuuf jiraadhu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!1

  • @sintayehudocho7146
    @sintayehudocho7146 Před 2 lety

    Ebbifamii nama waaqayyoo ayanasa dacha ammayu sif haa baayatu ebbifamii

  • @dambaliiguddaa525
    @dambaliiguddaa525 Před 2 lety +7

    Waaqayyo si haa Eebbisu Addisu..nuuf jiraadhu nama waaqaa

  • @SaraSara-ur1nj
    @SaraSara-ur1nj Před 8 měsíci +1

    Yaaa waaqayyoo ati galatoomi nama kessa boqoote kanaan biyyitis nuuf bulchii nuuf sirreesiika yaa uummaaaaaaa😭😭😭❤️💓💓💓💓💓💓♥️♥️♥️✍️✍️✍️

  • @gannatmulugeta186
    @gannatmulugeta186 Před 3 lety +7

    Addokoo uuuuufffffeee faarfannaan kee jireenya koo jijjiireeraa
    Amantaa kooti akkan jabaadhu na godheraa
    Eebbifami nama gooftaan nuuf kenne jabaa ofii Abbaatu jabeefatta
    Baay'ee si jaalanna Iddoo guddaa siif qabna

  • @grend5224
    @grend5224 Před 3 lety +12

    Addisuu kennaan waaqayyoo sif laate eenyumaa irraa adda eebbifamii
    Farfaanna kee yr hundaa keessa kootin itti gammadaa .seenaa koo jalqabaa hangaa dhumaatti ibsitee galataa guddaa qabda narraa
    Amantin kiyyaa illee ortodoksiidha garuu yr yrtii dhageeffadhe hin qufuu 1996-hangaa ammaatti

  • @TarikuTamiru-wh3wu
    @TarikuTamiru-wh3wu Před 4 měsíci +2

    the best song ever

  • @solomonyigezu3097
    @solomonyigezu3097 Před 2 lety +3

    Adde Waaqayyo Gooftaan si haa eebbisu!

  • @korsabedada7951
    @korsabedada7951 Před 3 lety +2

    Baayyee baayyee sijalaanaa addisuu koo farfannaa keetiin guddannee kabajamnee addunyaaraa deemnee tajajile jabadhuu badhasaa guddaa qabdaa abaa Kee biraa

  • @EteneshOljira
    @EteneshOljira Před 2 měsíci +1

    Bayye namati tola

  • @solomonyadessa947
    @solomonyadessa947 Před rokem +1

    Addisu, faarfannaankee haala adda addaa Baayyee keessatti dubbii Waaqayyoon najajjabeesseera. Ulfinni Waaqayyoof hata’u. Atis guddaa eebbifami

  • @waqayyootikseekotianihomah3827

    Waqayyoo Gooftaan Baraf Jireenyaa Keessan Haa Eebbisuu Nama Waqayyoo
    Farsaan Dhagefachaa Guddadhef
    Foonif Afuuratti Kanan itti Fayyedha
    Farssan keessa Ammayyu
    Albuula Gatii Jabessa Isin Kessa haa Ka'uu Waqayyoo Nuuf Jiiradhaa

  • @danielwakjira6589
    @danielwakjira6589 Před rokem +3

    What a blessing! Waa'ee keetif Waaqayyoon galaateeffannaa!
    " Gaaffiin koo waan baay'ateef, natti hir'ateera obsi! "

  • @plantsizing9415
    @plantsizing9415 Před rokem +3

    It's more power full hymn God will blesse you

  • @birkeadugna1079
    @birkeadugna1079 Před rokem +1

    Waaqayyoo siin haa ebbiisu

  • @dasalegnhabte4561
    @dasalegnhabte4561 Před 2 lety +1

    Anaaf ta'eera kun!!!::

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Před 2 lety +2

    Waqaayoo baraajireenya keehunda haaEbbisuu💖💯💯💯💯✍😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲

  • @firaoltolesa2656
    @firaoltolesa2656 Před 3 lety +13

    Ijoollummako Kaasee hanga harratti faarfanna jireenyakof hiikaa gudda qabu!!!! You are blessed bro.

    • @dalebobe764
      @dalebobe764 Před 2 lety

      🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼♥️♥️♥️♥️

  • @user-sc9uv7gb9y
    @user-sc9uv7gb9y Před 9 měsíci +5

    Amen Amen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤❤❤❤

  • @derejerajiofficial
    @derejerajiofficial Před rokem +1

    Waaqayyoo guddaa si haa eebbisu hamma dhumaatti mana isaa keessa si haa jiraachisu

  • @meelba-tube8869
    @meelba-tube8869 Před 3 lety +2

    eeeeebbifami ....goooftan bara kee haa eebbisu.....

  • @abenezeryosef6007
    @abenezeryosef6007 Před rokem +1

    Addisuu beater namatti tola

  • @geletaabera1344
    @geletaabera1344 Před 3 lety +2

    Eebbifami nama Waaqayyoo.Dibati kun hanga dhumaatti sirratti haa hafu!

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @tarikuraga925
    @tarikuraga925 Před 3 lety +2

    Addisuu Waayimaa, nama waaqayyo dhaloota kanaaf dibee kaaseedha. waaqni dabalee daddabalee si haa eebbisu.

  • @user-qo2qk7yq4c
    @user-qo2qk7yq4c Před 5 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤ Ammeen Ammeen dhageefadhee qufuun dadhaabee Ammeen

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před rokem +2

    Ammmmmmeen Ammmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa nama waqqayyoo♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏📖💯✅

  • @FiromsaAmbaye
    @FiromsaAmbaye Před 2 měsíci +1

    true gospel....

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Před 3 lety +3

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
    Faarfata keenyaa Addoo Eebbifamii dachaa mucaa Waaqayyoo uuuuuuufffffffeee Kan Akka yesus Eessa Jiraa!

  • @AAbus-vu9ex
    @AAbus-vu9ex Před 2 lety +1

    Amen Amen Amen goftani barafi jirenya kee guutuu haa Eebbisu Eebbifama

  • @aseefaasee7265
    @aseefaasee7265 Před rokem +1

    Uuuuuufeeeee nuuuf jiraadhuu nama waqaayyoo guddaa ebbisee😘😘😘

  • @adisunugusa
    @adisunugusa Před 3 lety +5

    Eebbifami Farfataa keenya! Ayyaanni goofta siif haa baay'atu!

  • @dalebobe764
    @dalebobe764 Před 2 lety +1

    Adduyyee Kooo Dacha diirbbii Ebifamii Lubuu kooo faru kee Qufee Yinbekuum 🤔 Yinqufamuus, Lubuu namatii Ebaa gadii naqaa ,dhebuu afuraa dhaf garii dhaa. Farfanaan kee Anaf Ofillaalii kotii kesatii Ofii koo ilaaladhaa. it’s ma mirror 🪞 Umuurrii dherradhuu ♥️♥️♥️

  • @lomilo4684
    @lomilo4684 Před 2 lety +1

    Ebifama ebifama ebifama

  • @bashannanshow3884
    @bashannanshow3884 Před 2 lety

    uffffeeeee Addisuukooo waaqumtikoo si haa eebbisu dhugaa baayyeen ittiin jijjiirame maaloo ayyaanichi dachaaa 100 sirratti haa roobu maqaa Yesuusiin haaleeluuyyaa eebbifami eebbifami jabaakoo !!!!

  • @michuudhugaayesuus6311
    @michuudhugaayesuus6311 Před 3 lety +2

    Addee koo waaqayyoo baraaf jireenyakee haa Eebbisu ani jecha hin qabu farfanoonnikee jireenya gooftaatti kan fadanidha baayyeen sijaalladha darbii nuf farfaadhu 🙏🙏❤️❤️❤️

  • @tadelukeno
    @tadelukeno Před 4 měsíci +1

    god bless you

  • @berhanesekera1996
    @berhanesekera1996 Před 2 lety +3

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifaamii baayee baayee 🙏❤️❤️

  • @UaeAlain-vv4tc
    @UaeAlain-vv4tc Před 2 měsíci

    Baraakee.gutuu.ebifamii

  • @nagaraamokoniin5382
    @nagaraamokoniin5382 Před rokem +2

    blessed man of god god has blessed us so much through you

  • @alainalain2199
    @alainalain2199 Před 2 lety +1

    Ebifami Ebifami Ebifami Ebifami

  • @lemimulugetaolani2971
    @lemimulugetaolani2971 Před 2 lety +1

    Faarfannaakee dhageffadheen boqodha hin quufus waaqayyo sihaa eebbisu burqaa oliiti

  • @Shakurgudure
    @Shakurgudure Před 3 měsíci +1

    Ebiiffamaa❤❤❤❤❤❤❤❤koo

  • @ababodemise12
    @ababodemise12 Před 2 lety

    Haayyani goftaa dacha100000 siirraa haa baay'aatu farfaannaan kee ayaanan kan hutaameef kan ulfiina waqaayyoo ibsuu kan abdii naamattii oruu ammaa akumaa surrii jirtaa waqaayyoon farsiita ammaas namoonnii iddoo isaani duraattii hin argaaman. Nii jijjiraamu jabaadhau iddoo jirtuuttii jalaalaf kabaaja sinboo goftaan sii irraattii hawwa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏✍✍✍✍💪💪💪💪

  • @ehetefita9665
    @ehetefita9665 Před 3 lety +2

    Elllli ameen ameen wyyo yesuskoo ameen eebbifami yya adisukoo

  • @turifite9006
    @turifite9006 Před rokem +1

    ALBUUDA LAFA ONAA KEESSATTI KALEE FI RIBUU NAMAA WAL-SIMSIISUDHA FAARFANNAANKEE!
    BARA BARAAN EEBBIFAMI ADDEEKO!

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official Před 3 lety +3

    Nuuf eebbifami, eebbifamaakoo! Ati yoomiyyuu tokkoffaadha!

  • @lamesawaktola4901
    @lamesawaktola4901 Před 2 lety +1

    Ebbifamii umurii dheera siif haakennu waaqayyo

  • @martasheleme9204
    @martasheleme9204 Před 3 lety +5

    Gooftaan baraaf jiruukee haa eebbisuu. I blessed by your song

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @sintayehulakew1039
    @sintayehulakew1039 Před rokem +1

    batime yemwedawe mazemure nawe west nawe yemnakiwe menem iyesalchegnm geta birkee yiderghe tabirekelgne

  • @yimenunigatu339
    @yimenunigatu339 Před 2 lety +1

    Addeeko Waaqniiko Si haa eebbisu

  • @user-vj1se8zl6g
    @user-vj1se8zl6g Před 9 měsíci +1

    Addisuu Waayiimaa

  • @kumek3231
    @kumek3231 Před 2 lety +1

    Ameen waqaayoon baraa kee eebbisuu

  • @sinkebeyene9419
    @sinkebeyene9419 Před 3 lety +1

    Ameeen Ameeen Ameeen waaqayyoo waqaara isiin ha ebbiisuu ebbifamaa namaa waaqayyoo

  • @tolaaabdii6529
    @tolaaabdii6529 Před 3 lety +1

    Atii fi mannikee ebbifamaa, barrikees haa ebbifamu!!
    Eebbaaf tai!!

  • @saraanani890
    @saraanani890 Před 3 lety +2

    Eebbifami sin jaldhaa

  • @obseesanyiihacaluuhundessa6475

    Ameeeen Ameen ebifamaa❤❤❤

  • @ababaaababaa4846
    @ababaaababaa4846 Před rokem +2

    Ammeee Ammeee Ammeee I love you 😘💕 🤲🤲🤲🙏🙏🙏

  • @GeletuAbdisa-bx6wx
    @GeletuAbdisa-bx6wx Před 9 měsíci +1

    Jalatama koo❤❤❤❤

  • @kiisiiTube
    @kiisiiTube Před 2 lety +1

    Waaqayyoo bara kee haa ebbisu nama waaqayyoo

  • @Galane-nr3pz
    @Galane-nr3pz Před 3 měsíci +2

    Amen3 amen

  • @fenetmekonen9983
    @fenetmekonen9983 Před 3 lety +2

    Waaqyyo barra kee ha ebbisu ati goota wangeelati 💒💒💒

  • @shibire7870
    @shibire7870 Před 2 lety +2

    ameeen ebbifam

  • @waqaayoogaridha4901
    @waqaayoogaridha4901 Před 2 lety

    Ameeeeeeeeen ameeeeeen uuuufeeeeyi wowow farfanotaa ajaibsisaa waqaayoo isaa sin nuf lateef ha ebifamuu waqaayoo atilee ebifamii aduu keenyaa budeenaa jireenyaa nu soruu keef😍😍

  • @gadisenegessa9386
    @gadisenegessa9386 Před 3 lety +1

    Ammeen waaqayyoo ayya isaa sif ha dabaaluu .!!!!!!!!!!

  • @GemechuDuguma-ok1wx
    @GemechuDuguma-ok1wx Před 8 měsíci +1

    GOOD BLESS YOU MY BROTHER

  • @faarfannaaafanoromo8729

    waaqayyo ayyaana isaa siif haabayyisu

  • @lensaterfa6206
    @lensaterfa6206 Před 3 lety +1

    Waaqayyoo gooftaan ammayyuu ayyaana isaa siif haa baayyisu 🙏🏾🙏🏾🙏🏾

  • @gadisamekonnen215
    @gadisamekonnen215 Před 2 lety

    Waaqayyo sii haa eebbisu farfaannaa garaa namaa ciibsu

  • @muludebela5305
    @muludebela5305 Před 3 lety +4

    Well come adisuu wayimaa nuuf jiraadhuu jabaa keenyaa

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 Před 3 lety +2

    Ammmeeen uuuuuuuffffeeeee waaqayyoo baraa kee dachaa haa ebbisuu Addee koo ebbifamaa koo ❤️❤️💘👏💓

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 Před 3 lety +4

    Bagaa nagaan dhuftee ilmaa kakuu goftaan sii haa dbisuuu dacha dachadhan ❤❤

  • @kalbakalba7071
    @kalbakalba7071 Před 2 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifamii mucaa kakuu 🙏🙏🙏

  • @MuletaLema-iv3sx
    @MuletaLema-iv3sx Před 7 měsíci +1

    Muleta lema

  • @dinqituurafisaa2443
    @dinqituurafisaa2443 Před rokem +1

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuffffffeeeeeee ebbifamaa jaalatamaa nama waaqayoo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏❣️❣️❣️❣️❣️🌷🌷💘💘💘

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 Před 2 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
    Eebbifammaa Eebbifammaa waaqayyoo amale Ayaanaa isa isinf yaa bayisu 🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤