- 20
- 1 546 471
Addisu Wayima Official
Kenya
Registrace 15. 02. 2018
Addisu Wayima | Maal Jedhu | New Official Gospel Music
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE
SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL
TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS
Singer Addisu Wayima
Music Gemechis Bulti
Maal Jedhu,
Maal egaa maal jedhu, nadhiiga, nanboo’a, nan iyya caraane,
Maal egaa maal jedhu, sijalaa hindhokanne arfiin nawaraane.
Maal egaa maal jedhu, eessatti baqadhu miixuu dhalootakoo..
Maal egaa maal jedhu waanan gurraa hinqabnen argekaa barakoo.
1.Dhukkubanii himachuun akka yakka ta’ee
Miindeffamanii sobuunis erga buddeen ta’ee
Walii-itti galtemoo karaakee hin dabarre
Naanoo hundumatu dhibee Siin maaltu dhibaree...
Naabot dhaalasaarraa gaafa ajjeefamu,
Gabaa dukkanaatti haqni daldalamu
Dhaloonni abdii kutee beekaan qalbii dhabu,
Harkikee diriire sun nurraa ol-haqabu.
Siin maaltu dhibaree..
Caba Sabakootii,
Diigumsa badiisaa
Harkakeen abdadha,
Isatu cabsee fayyisa,; Siin maaltu dhibare.
Siin maaltu dhibaree..
Beenyaa wagga dhibbaa,
Joora marsaa kumaa
Haqa abboota kootii
Nuuf maraaci gumaa; Siin maaltu dhibaree.
2.Haqni godaaneera michootasaa faana,
Dhaloonni harca’ee akka baala bonaa.
Kun maaf ta’e jedhees kan gaafatu hinjiru;
Ilbiisa funaanu tikseen garaa hiru.
Gaagurree gabbataa gaagurtuun abdatu,
Alaan yandoo baachaa keessatti damma baatu.
Ilmoon namaa maaliif garaansaa manca’e
Waan uumameef dhiisee haqaan diina ta’e?
Siin maaltu dhibaree,
ilaal Obsa fixachiisaa
Daba daangaa darbe
Ulfina namummaa
Toora uumamaa cabe; Siin maaltu dhibare
Siin maaltu dhibaree,
Addunyaa maallaqaa,
Dhaloonni ganame;
Dudhaa hoboof coora
Itti wal’aalame, Siin maaltu dhibaree
3. Ol-adeemaa jigu, anagafa cal’isu
Haadha hiyyeessaa boossu, hayyuu murtii dabsu
Harka harkumasaatiin miillasa naaffisu
Dhiiga, dhiiga yakkee foon foonsaa salphisu..
Bara warqeen kufee, supheen gabaa qabu,
Meetiin barbaadamu fi barbaadaan wal-dhabu
Hojjetaan beela’ee, hattuun quufee gubu
Ijakoonan arge daba haqa reebu...
Siin maaltu dhibaree...
Hinhafu gadaankoo jeeqamaa
Akkan of-abaaretti
Waaqayyo humnakoo
Kooluun gala sitti, Siinmaaltu dhibaree
Siin maaltu dhibaree ...
Tuuta kakuu eegu
Imimmaansaa hamargu
Qe’ee abdii jaarraa
Diigame karakaraa, nuuf ijaarta haaraa...
Warri har’a beela’an bor in quufu
Kanneen miidhamanis bor in kolfu
Waaqayyo hin geeddarta bara hamtuu
Gadi qabdee tulloota of tuultuu
Aduu birmadummaa finiinsitee
Gurmuu cunqurfamaas ililchiiftee
Ol ol jedhu warri boquun cabe
Gooftaa si miti nama kan nu sobe.
©Addisu Wayima Official Copyright

zhlédnutí: 441 547
Video
Adisu Wayima | Maaliree Sodaankoo | | New Afaan Oromo Live Worship 2021/2014
zhlédnutí 48KPřed 2 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS MAAFAN | SINGER SOLOMON ALEMU | New Afaan Oromo Live Worship | ARARA TV WORLD WIDE 153,067 views ©Addisu Wayima Official Copyright
Adisu Wayima | Seenaankee Mudaa Hinqabu | New Afaan Oromo Live Worship 2021/2014
zhlédnutí 23KPřed 2 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Addisu Wayima | Utuu badnee kanaan dura | Vol 2 All Albume
zhlédnutí 71KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS
Addisu Wayima | Attamiin Galaanni Na Ittisa | ( Official Audio ) All Album Vol 3
zhlédnutí 597KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Addisu Wayima || Eenyu Dharee Gootni || ( Official Audio ) All Album Vol 1
zhlédnutí 61KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Addisu Wayima | IJIBBAATA | Official Music Audio
zhlédnutí 39KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Addisu Wayima | ANOO BEEKA | Official Music Audio
zhlédnutí 84KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Addisu Wayima | Eenyuudharee Gootni | Official Music Audio
zhlédnutí 23KPřed 3 lety
#AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS ©Addisu Wayima Official Copyright
Oromo gospel song 2012 13 Addisuu Waayimaa
zhlédnutí 24KPřed 5 lety
Oromo gospel song 2012 13 Addisuu Waayimaa
Adisu Wayima 2019 Agartu koof dukkanaf ifa ati
zhlédnutí 20KPřed 5 lety
Adisu Wayima 2019 Agartu koof dukkanaf ifa ati
Adisu Wayima 2019 |Sin Ilaalleen Garaa Jaabbadha | ( Official Audio )
zhlédnutí 52KPřed 5 lety
Adisu Wayima 2019 |Sin Ilaalleen Garaa Jaabbadha | ( Official Audio )
Addisuu Waayimaa, Dirri kee naf waraaname, Lakkoofsa 4ffaa
zhlédnutí 6KPřed 5 lety
Addisuu Waayimaa, Dirri kee naf waraaname, Lakkoofsa 4ffaa
Addisu Wayima 2013 Dilbiikoo Oromo gospel song
zhlédnutí 10KPřed 5 lety
Addisu Wayima 2013 Dilbiikoo Oromo gospel song
❤love your song ebbifamii bara baraan nama waaqaa
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Yesus
Ebbifamaa waqayoo siin ebissuu
Amen Amen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Addisuu Ebbifami
❤❤❤Esssayyy elelelelel
Ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💯💯
Ati akkumaa sagalichaa addisidhaa addisuu bari fi jirenyyii kee haa Eebbifamuuu❤❤❤❤☝️
Ameeeen🙏🙏🙏🙏🙏
Addo , million ❤ ❤❤❤, baayyeeman sijaalladha jaalala kiristoosiin, akkuma kanaan utuu dhugaadhaan isaaf faarfattuu akkati xumurtu Ayyaani isaa si haa gargaaru, argamuun Yesuus sibriraa hin dhibimanin, ...Albumkee itti aanu utuun eeguu akka gooftaan hin dhufne garuu waa!* Daniel Bishooftuurraa❤❤
Amen amen amen amen amen
Ameeen Ameen
Amene amene amene amene amene ❤
AMEEN AMEN ABDII KEENYAA JIRTAA DHA EBIFAMMA CALJEDHANII FAYYISU WAAQAYYOO EEGGACHUU GAARIIDHA!
Addissuu.jallatamaa.bekaaa.namaa Goftaa.jabbadhuu.nuf.jiraadhuùuu
Ameni ameni ♥️ ❤️ 💖 💖💖💖💖💖💖💖💕💕💕💕💕
Ammayyuu nuuf Eebbifami...
Dachaa Dachaadhaan Eebbifami Addisuu Waayimaa
Amenii❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ammeenn ❤❤❤❤❤❤😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Blessed 🙌 ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeen
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Dacha dacha ebbi gooftaa sii haa bayatu ilmaa waqayyo ❤❤❤
Ebbifami yaa obbolessa kenya waqayyon sii haa ebbisu 😂😂gara nama rasa dhugaa
Ok❤❤❤❤❤
Dhugadha dachaa dhachaan ebbifami
አመን አመን አመን አመን አመን አመን አመን አመን አመን አመን ❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢ሃለ ሉያ❤❤❤ ኢየሱስ ያድናል አመን ተባርክ ዘመንህ ይባርክ 🙏🙏❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥❤️🔥🔥 እኔ ኦሮኛ አልችልም ግን የአንተን መዝሙር በጣም ነው የምወደው አዲስ አበባ ያለው ተከራይቸ ነበር የኖርኩት አጠገበ ያለው ተከራይ ሁል ግዜ እሄን መዘሙር ይከፍት ነበር እና ልጄ አፉን የከፈተው በመዝሙርህ ነው እግዚአብሔር ካንተ ጋር ይሁን እስከ መጨረሻው በጌታ ቤት ለዘለዓለም መኖር ይሁንልህ
Ani garuu bexe miti farafan kana bayee bayee jalaladha ❤❤❤❤
❤❤❤❤Ameeeen Ameeeen ebiifamii ebiifamii Adde abba kusaa jechootaf ergaa ciccimoo nuuf jiradhuu jaba keenyaaa❤❤❤❤❤
Ebifami ayani waqayon sif abayetu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeeen ameeeeen yasus goftadha ebifamaa ❤❤❤❤
Addookoo Eebbifami🎉🎉🎉 czcams.com/video/usR-Xrj4Tz8/video.htmlsi=6IpLvdPMx6l9h6X_
Ebbifami❤❤❤❤❤
Ebbifami
God bless you my favorite Singer ❤❤❤❤❤
Amen amen ebifamii❤
Ebbifamii
❤❤❤❤❤
Ebiifaamii namaa waqaayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏
Addi koo Waaqayyoo dachaa dabbale sii haa Ebbisu Faarfannaa kee hundumaa bayye itti Ebbifamer kessum isaa daagadigadi baribadaa kan jedhu seenaa koo fakkata ❤❤❤ Ebbifam
Maal goonu Addisuu garaan nu gubatee !!!
❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo guddaadhaa