Adisu Wayima | Seenaankee Mudaa Hinqabu | New Afaan Oromo Live Worship 2021/2014

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • #AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE
    SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL
    TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS
    ©Addisu Wayima Official Copyright

Komentáře • 87

  • @paulosbeka1997
    @paulosbeka1997 Před 6 měsíci +2

    Adii koo❤ ati dhaloota Iyesuus Kristoos hordofeef fakkeenya ajaa'ibaati. Jechoonni ati qindeessitee Oolmaa Waaqayyo nuuf godhe ittiin weeddistu bara ijoollummaa koo yeroon faarfannaa kee dhaggeffachuu eegalee hanga har'atti lafee koo na nyaata. Imimmaan koo qabachuu hin danda'u😢😢. Dhuguma ati eebba Waaqayyo nuuf kennedha. Sin jaaladha❤❤

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Před 11 měsíci +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamii dachaa Addoo ❤❤❤❤Lammii biyya ormaa naaf taaten Si beeka yesus koo

  • @abrahamdiriba
    @abrahamdiriba Před rokem +2

    Adde Waaqayyo si haa eebbisu!!!

  • @bobbylashly6152
    @bobbylashly6152 Před 2 lety +12

    Adduuyee Koo the most devoted The most talented The best of all time ❤ the Legend The BRAVE💪your Voice is remin in my 💕 👈 you will never be replaced by any other singer ❤💜💙♥💖

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 Před 2 lety +3

    Farfaatoota Oromoon qabdu keessaa nama lakkoofasaa 1ffaan jaladhuu fi kabajuu dha ati .Kan yeroon si hin jijjiree dha jabbadhuu Addisu kiyyaa! waqayyoo ammayuu si haa eebbisuu eebbifami!.Farfannaa haaraa ammoo sirra eginaa yee!

  • @sifanjesus6031
    @sifanjesus6031 Před 2 lety +2

    Ameen ameen ameen ebbifaami uuufffee Adu ko akkattiin si jaaladhuu farfaanna kettii baay.ee ebbifameera abbaan kennichaa waaqayyoo galaata Isa ha fudhaatu

  • @yeneguyiso8267
    @yeneguyiso8267 Před 2 lety +2

    Ebbifami aduuyeekoo sin jaalana

  • @furnoofurnoo2627
    @furnoofurnoo2627 Před 2 lety +1

    Ameeeeeeen ameeeen adiyee budeenaa jireenyaa ati nu sortee bayeedha ayaanii isaa sif ha bayatuu

  • @DaraartuMucaaYesus
    @DaraartuMucaaYesus Před 3 měsíci +1

    AMEEEEEEN AMEEEEEEN
    AMEEEEEEN AMEEEEEEN
    AMEEEEEEN AMEEEEEEN
    Eebbifamii dachaa ❤

  • @tametashe7223
    @tametashe7223 Před rokem +2

    ebake mezmureken betam new mewedew gen turgem alawekem peles bamaringa mezmur lekekelen

  • @gebremariamtakele7028
    @gebremariamtakele7028 Před 2 lety +3

    Bartuu isa Gooftaan Jaallatu sana ,wow! akkanitti si jaalladhu dhugaa faarfannaakeetu akkan Gooftaa kana fayyisaa lubbuukoo godhadhu na godhe dhugaa, utuun si argadhe fuulaan si dubbisee akkam natti tola, ayyaanni sirra utuun impart godheen jedheen hawwa,akkasuma akkuma sirraa mul'atetti barakee tumuri.
    Daniel, Bisshooftuurraa

  • @etefatakeleofficial
    @etefatakeleofficial Před měsícem +1

    God bless you my favorite Singer ❤❤❤❤❤

  • @kalebtakele465
    @kalebtakele465 Před rokem +1

    nama ayyaanni waaqayyoo irraa mul'atu.......

  • @chalaabera
    @chalaabera Před rokem +1

    Addeekoo, Eebbifamaa baga nagaan dhufte

  • @user-di2xe6io6o
    @user-di2xe6io6o Před rokem +2

    Uuuuuufffe haleluuyya ♥️♥️❣️❣️😘🥳 uuuuuufffe haleluuyya ebbifamiii ♥️❣️❣️😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @samuelmekonin
    @samuelmekonin Před rokem +1

    Addoko sin jaalladha . Daa'imummaa koo kaaseen si dhaggeeffachaa guddadhe. Ati iddoo qabda waaqa biraa. nuuf jiraadhu

  • @kakuudhaanjiraanna7684
    @kakuudhaanjiraanna7684 Před 2 lety +3

    Adduu liyyu koo Eebifammii Maaqa yesusini anis barbadaameen Argamee Ameeeen Ameeeen Ameeeen Haleluyaa❤❤❤❤❤❤🙏

  • @unikh9837
    @unikh9837 Před 9 měsíci +2

    Ameeen ameeen ameeen eebbifami

  • @diribamitiku2966
    @diribamitiku2966 Před rokem +1

    Adde oromo brand
    Nama addaa

  • @user-ef9zh9ls8x
    @user-ef9zh9ls8x Před 7 měsíci +1

    Wuww waqayoo isnii haa ebisuu

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 Před 2 lety +1

    Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa

  • @hanabekuma4414
    @hanabekuma4414 Před 2 lety +2

    እግዚአብሔር ይባርክህ ተባረክ አድዬ

  • @sarakonju68abebe35
    @sarakonju68abebe35 Před 2 lety +2

    Ameeeeeeen goftaan sihaa eebbiisuu eebbiifaamii

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Před 2 lety +2

    ...Lammii biyya ormaa naaf taateen si beeka..
    Olmaa keef yoon iyyee natti hin ta'u yakka..... Uuuuuuuuuuuu👏👏👏🙏🙏🙏🙏😊😊😊 Waaqni keenya haa ulfaatu.
    Galatoomi Adde barri kee hafe manasaa keessatti haa dhumu❤❤❤❤

  • @kennaaofficialtube7475
    @kennaaofficialtube7475 Před 2 lety +3

    Adde nama Waaqayyoo Waaqayyo si haa eebbisu eebbifami. Ammayyuu ayyaanni Waaqayyoo sii haa baayyatu.

  • @wakjirasolomon4654
    @wakjirasolomon4654 Před 2 lety +2

    Bar-tokko kuusaan jechootaa fi dubbii gurguddaa kun nii qoratama jedheen abdadha. kanaan jechuu fedhu dinqisiisaan abbaa kennaa isa ajaa`ibsiisaa isa sitti dhimma ba`edha. gaafa dandeettiii fi dibanni wal argatuu jecha fagoo dhiyoo dhaabbatanii dubbatu. Dinqisiifatamee hin quufamu faarfannaan kee dhugaadha! Milkoofteetta! bara ganaa fagoo jiraataa jirta. ergaan kee nu bira darbee kan dhaloota sichi dhalatuu waan ta`eef
    . fagoo fagoo. ebbifami

    • @addisuwayimaofficial
      @addisuwayimaofficial  Před rokem

      Ameen atillee eebbifami, dhoksaan kana hundumaa Waaqayyodha…
      Isaaf barabaraan ulfinni hata’uuf…

  • @user-dr4wp2ud8d
    @user-dr4wp2ud8d Před 9 měsíci +2

    Ebbifamii❤❤❤❤❤❤

  • @ayyantukaachalii4242
    @ayyantukaachalii4242 Před 2 lety +2

    Eebbifamii Eebbifamaa koo 🙏

  • @karaadhugaa7160
    @karaadhugaa7160 Před 2 lety +1

    Ameeeeeeen ameeeeeen ebbiifamii

  • @olifenkena7319
    @olifenkena7319 Před 2 lety +2

    Eebbifamaa keenyaa kan caalaa ayyaanni gooftaa siif haabaayyatu!

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Před 2 lety +3

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏 EbbifamiDachaa

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p Před 10 měsíci +2

    Ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu yeesuuusss ☝️

  • @user-vj1se8zl6g
    @user-vj1se8zl6g Před 11 měsíci +1

    Addee dammakoo

  • @ayantujesus5633
    @ayantujesus5633 Před 2 lety +4

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifama dachaa ❤️❤️❤️❤️🙏🙏

  • @yesussimbookoti241
    @yesussimbookoti241 Před 2 lety +1

    Ameeeeen Ameeeen waaqayyoo baraa kee hundaa meshaa isaa siyaa godhatuu ati namaa waaqayyoo Eebbisee Lafaa keenyafii sii kennee dhaa dhugaa

  • @masiibirhanu-wm7vu
    @masiibirhanu-wm7vu Před 11 měsíci +2

    Ameeeen ❤❤❤

  • @user-of1ut3th8l
    @user-of1ut3th8l Před 2 měsíci

    Ameen Ameen waqaayyo guddaadha.

  • @teshomedaba8161
    @teshomedaba8161 Před 2 lety +2

    Addisu bayye jalatama namaa bayye nama dibamaa dhuguman nama waqayyo i love you so much. relly a man of God. you are blessed

  • @obsinemekonnenofficial8419

    Exactly

  • @rahelgoitom6411
    @rahelgoitom6411 Před 2 lety +2

    Adee keenyaa power full song. Waaqayyoo si ha eebbisuu

  • @wandeeabdataa1549
    @wandeeabdataa1549 Před 2 lety +2

    Eebbifami

  • @daniel-lyrics2173
    @daniel-lyrics2173 Před 2 lety +3

    You have unstoppable grace on you
    You are blessed
    Galatomi

  • @SurprisedBarnOwl-nn2nn
    @SurprisedBarnOwl-nn2nn Před 7 měsíci +2

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @user-by6wr6tn3d
    @user-by6wr6tn3d Před 2 měsíci +1

    Ameni 🙏🙏🙏🙏

  • @user-di2xe6io6o
    @user-di2xe6io6o Před rokem +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bethelemoromititti1517
    @bethelemoromititti1517 Před 2 lety +2

    Ameen Ameen Eebbifamaa Jalatamokoo ❤️🙏

  • @bilisumakebena2461
    @bilisumakebena2461 Před 4 měsíci +2

    Non stopped

  • @user-mw1gj3tn4t
    @user-mw1gj3tn4t Před rokem +2

    ❤❤❤❤

  • @kulanimagarsa3050
    @kulanimagarsa3050 Před 2 lety +2

    Ameeeeen ebbifamaa

  • @senayitlachisa4743
    @senayitlachisa4743 Před 2 lety +3

    Ameen Ameen Ameeen aniis barbadamen argamee GBU

  • @tijiibirhanuu3305
    @tijiibirhanuu3305 Před 2 lety +1

    Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeeen
    Eifammaa Ebifammaa dachaa dachaa
    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @graceofgod868
    @graceofgod868 Před 2 lety +1

    Addee si jaalanna!
    Ati kennaa keenya ❤️

  • @leensaaayyalaa7834
    @leensaaayyalaa7834 Před 2 lety +2

    Ameeeeeeen eebbifamaa 🙏🙏

  • @propheteyobmulugeta146
    @propheteyobmulugeta146 Před 2 lety +3

    You are always unstoppable Adiyeeeee

  • @danielnugusa1649
    @danielnugusa1649 Před 2 lety +3

    The legend Singer

  • @wizakan7800
    @wizakan7800 Před 2 lety +2

    AMEEEEEM Ameeen jesusuuuu koooo

  • @appolo115
    @appolo115 Před rokem +2

    🤲🕴🤲🕴🤲🕴🤲🕴: The song of blessing and prayer 🛐
    God bless you my brother in sprit 🤎

  • @abechbaba4936
    @abechbaba4936 Před 2 lety +2

    Ameen Ameen 🙏🙏🙏

  • @loomishow265
    @loomishow265 Před 2 lety +3

    Ameeeeeeen

  • @dinaoltube4603
    @dinaoltube4603 Před 2 lety +2

    Adekoo😘😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰

  • @wizakan7800
    @wizakan7800 Před 2 lety

    😭😭😭😢😢😢😢😭😭😭😢😢😢😢

  • @zezmamhassen3258
    @zezmamhassen3258 Před 2 lety +2

    👏👏👏👏♥️♥️♥️♥️

  • @SurprisedBarnOwl-nn2nn
    @SurprisedBarnOwl-nn2nn Před 7 měsíci +1

    ❤️