Addisu Wayima || Eenyu Dharee Gootni || ( Official Audio ) All Album Vol 1

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 12. 2020
  • #AddisuWayimaOfficial #SUBSCRIBE
    SUBSCRIBETO OUR YOU TUBE CHANNEL
    TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS
    ©Addisu Wayima Official Copyright

Komentáře • 77

  • @user-us8ib4ru6s
    @user-us8ib4ru6s Před 6 měsíci +1

    Waaqayyoo si haa eebbisuu farfannaa kana dhageefatan guddadhee addisuu jaalatama nama jiraadhu

  • @hachiyedaba6905
    @hachiyedaba6905 Před rokem +1

    Waaqayyo inni hiriyoota Kee keessaa Dibata Isa caaluun si muude haa Eebbifamu

  • @abente-ti8gc
    @abente-ti8gc Před 5 měsíci +1

    የአባቴ ቡርክ ተባረክ.....

  • @danielg8515
    @danielg8515 Před rokem +1

    Yaaa bara ijoolummaaa kootii uuuffff yasuuskoo ulfaaadhuuuu .....

  • @Gudinizm
    @Gudinizm Před 7 měsíci +1

    Adisu, please come up with new songs....We love you so much..God Bless you

  • @kiyaadugna2823
    @kiyaadugna2823 Před 3 lety +4

    Ufffffff addee koo akkan itti si jaaladhu😘😘😘 ibsuf jechoota hin qabu ani amaantaan koo ortodoksiidha garuu osoo sii hin dhageeffatanii olee buluu hin danda'u atii naf oksiijii kootii jechun nan danda'a waqayyoon umurii dheeraa fayya waliin siif haa kennu addee koo😍😍😍

  • @LovelyBurrito-kn5fd
    @LovelyBurrito-kn5fd Před 7 měsíci +1

    I was listening and singing your songs since my salvation and it was my favorite afan oromo hymns I ever remember May God bless and advance you more and more your service for him.

  • @user-vt9fi4hd4u
    @user-vt9fi4hd4u Před rokem +1

    Eebbifami addskoo lati jiidhi yeroo hundumaa,uuuuuupppppppaaaaaaa###❤❤

  • @befkadugemta8742
    @befkadugemta8742 Před rokem +1

    Amantaanko muslima garu addiyyee baayyeen sijaalladha sabboonaako umurii dheera naf jiraadhu

  • @temesgenregasa8978
    @temesgenregasa8978 Před 2 lety +1

    Eebbifami Addoo, Faarsaankee Nuguddise! Dhugaa jireenyaa nuhubachiisee, jabaadhu! Barrikee hafes kan eebbifame haata'u!

  • @danielwakjira6589
    @danielwakjira6589 Před rokem +3

    Addisuu si jaal'annaa! Waaqayyo bara kee hafee haa eebbisuu! Ati eebba dhalootaf Waaqayyo nu laate dha! We are really blessed to have you! May God bless you! 🙌

  • @ZedTulu
    @ZedTulu Před 21 dnem

    Ebiifaamii namaa waqaayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dasalegnhabte4561
    @dasalegnhabte4561 Před 2 lety +1

    Abbaan angoo isaam!!!!!!!!!!

  • @merryligaba4890
    @merryligaba4890 Před 3 lety +2

    Uuuuuffeee ebifamii Namaa waqayyoo 🙌🙌🙌❤️❤️🙏🙏🙏 sichii caalaa kakuu naa egatuu

  • @unikh9837
    @unikh9837 Před 11 měsíci +1

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ❤❤❤❤❤

  • @jiituujaldu4224
    @jiituujaldu4224 Před 2 lety +1

    Uuuuufffeeeeee Ammmmmmmeeeen Ammmmmmeeeeen Waaqayyoo haa eebbifamuu

  • @abigiyalege9720
    @abigiyalege9720 Před rokem +1

    Amen Amen ebbifama adiukiynaa gofitan esin haebbisuu

  • @abebechetita1763
    @abebechetita1763 Před 3 lety +3

    Ameen ebbiifami name waqqaayyoo ❤

  • @caaliitube7402
    @caaliitube7402 Před 2 lety +1

    Ameeeeeen ameeeeen ebbifamaa

  • @misganafikadu168
    @misganafikadu168 Před 2 lety +1

    Jaba Namaa Waqayyoo Deemsikee Diinqiidha!!!
    You are Awesome Icon In The Body Of Chrirst

  • @jiituujaldu4224
    @jiituujaldu4224 Před 2 lety +1

    Gooftaan keenyaa sinaaa eeebbisuu 🙏🏻

  • @almaztafa2563
    @almaztafa2563 Před 2 lety +1

    ዘማሪ አድሱ እግዝአብሔር ይባርክህ

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 Před 2 lety +1

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen ebifamii dachadachaadhan

  • @BokiiDaba-qz2mw
    @BokiiDaba-qz2mw Před 8 měsíci +1

    Naf jiradhu

  • @tamiratassefa8749
    @tamiratassefa8749 Před 3 lety +1

    Qodaan qabbaa malifaan raffammaa nara jirraa furrin ilmannamaa ! Ado maluman jadhaa ebifamii !

  • @caaliitube7402
    @caaliitube7402 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuffffffffeeee ebbifamaa dachaa dachaa

  • @shashetolera3811
    @shashetolera3811 Před 2 lety +1

    Ebbifami Nama Waaqayyo

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Před 2 lety

    Ameen Ameen ❤❤
    Ameen Ameen ❤❤
    Ameen Ameen ❤❤
    Addoo jaallatamaa mucaa
    Waaqayyoo nuf jiraadhu
    Eebbifamii dachaa 🙏♥❤
    Ameen Ameen Ameen 🙏❤

  • @yesuskoo2354
    @yesuskoo2354 Před 2 lety +1

    Amen amen amen Ebbifamaa nama Waaqayyoo Ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bezasamazingtube3430
    @bezasamazingtube3430 Před rokem +2

    አሚን አሚን አሚን!!♥♥♥

  • @almaztafa2563
    @almaztafa2563 Před 2 lety +3

    ክብር የኛ ጌታ ይሁን

  • @nok5621
    @nok5621 Před rokem +2

    Ameeeeeeeeeeen ebbifamaa

  • @mulug8276
    @mulug8276 Před 3 lety +1

    Ayyaanni gooftaa sitta dabalamuu

  • @obseentube3821
    @obseentube3821 Před 3 lety +1

    Ameen Ameen Ameen Eebbifamii Adisuu dachaa dachaa

  • @dameadeba2737
    @dameadeba2737 Před 3 lety +6

    May God bless you abundantly!

  • @bxhdhxnxb5718
    @bxhdhxnxb5718 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuffffffffeeeeeeee Nuuf Ebbifamaa

  • @bangg1467
    @bangg1467 Před 3 lety

    Waqayyoo sii haa eebbiisuu nama waqayyoo barrii kee haa eebbiifamuu.

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 Před 2 lety

    Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa dachaa

  • @almaztafa2563
    @almaztafa2563 Před 2 lety +1

    አሜን አሜን አሜን

  • @user-qb7kz7kd1r
    @user-qb7kz7kd1r Před 5 dny

    Ameeen Ameen

  • @EteneshOljira
    @EteneshOljira Před 3 měsíci +1

    ❤❤❤🙏🙏🌼

  • @chalanegash8800
    @chalanegash8800 Před 3 lety +2

    Much grace on you Adisu

  • @biranenuguse2375
    @biranenuguse2375 Před 2 lety

    Amen nama waqayyoo bayyen sijaladha

  • @iyalowbiso5931
    @iyalowbiso5931 Před rokem +1

    AmmeenAmmee❤❤❤🙏🙏🙏

  • @filebaroromoo7320
    @filebaroromoo7320 Před 2 lety

    Waqaayoo si ebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JamilCell-gz5zx
    @JamilCell-gz5zx Před rokem

    God bless you and your family Addisu ❤❤❤❤❤❤

  • @nishannishan1012
    @nishannishan1012 Před rokem +1

    ❤❤❤❤❤

  • @siwodgeta5443
    @siwodgeta5443 Před 2 lety

    Bara ijoollummaakoo nayaadacha albamni kun ❤❤❤❤❤❤❤

  • @milkiyasnegasa4655
    @milkiyasnegasa4655 Před 3 lety

    addisuu ! nama Waaqayyoo ebbifaami.

  • @gemechuderessa
    @gemechuderessa Před 3 lety

    AMEEN AMEEN AMEEN DACHAA EEBBIFAMI AYYAANNI GOOFTICHAA DACHAA SIIF HAA BAAYYATU ADDEEKO!

  • @SammySey813
    @SammySey813 Před 2 lety

    waqqaayyoo si haa ebbissu Addi!!

  • @ThyKingdomCome7
    @ThyKingdomCome7 Před 3 lety +1

    Addee Eebbifami.

  • @FikruKeno
    @FikruKeno Před 3 lety

    Waaqayyo si haa eebbiisu! Jabaadhu....

  • @gaaddiseegaaddisee2589
    @gaaddiseegaaddisee2589 Před 2 lety +1

    Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏💝💝💝💝💝💝

  • @obsegurmesa4910
    @obsegurmesa4910 Před 3 lety +1

    Eebbifami addoo❤️❤️

  • @dawitgirma7254
    @dawitgirma7254 Před 3 lety

    Addoo koo naaf bubbuli

  • @alemtsehayfikadu6582
    @alemtsehayfikadu6582 Před 3 lety

    Eebbifamii hafii.

  • @Taredan77
    @Taredan77 Před 3 lety +1

    አሜን እልልል

  • @alemzeshitilatefera2760
    @alemzeshitilatefera2760 Před 3 lety +1

    Ameen God bless u

  • @daniobsa3376
    @daniobsa3376 Před 2 lety

    YERUSAALEM MANAKOO GALGALAA

  • @sehanibekele4535
    @sehanibekele4535 Před 3 lety +1

    Ebbifamii!!!

  • @mahdicell613
    @mahdicell613 Před 3 lety

    Ebbifami dachaa

  • @weretayawkewgetaye6339
    @weretayawkewgetaye6339 Před 3 lety +1

    My best best album 4 ever

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161

    Amen amen

  • @nafisagenmeda8589
    @nafisagenmeda8589 Před 3 lety

    Ebbifamii

  • @marnataayesus1298
    @marnataayesus1298 Před 2 lety

    Ameeeeeeeeeeeeen🎤🎤🎤🎤ebbifamaaa kanaa calaaa🙏🙏🙏🙏🙏🧎🧎🧎🎸🎸🎸🎸🎸

  • @beckyjunior477
    @beckyjunior477 Před 3 lety +1

    Maafin akkasitti sii jaallaadha lata ani

  • @goodnews8612
    @goodnews8612 Před 3 lety +2

    Amen amen God bless you ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @kulanimagarsa3050
    @kulanimagarsa3050 Před 2 lety

    Ameeeeen

  • @ibsaaloomee4092
    @ibsaaloomee4092 Před 2 lety

    Ameeen! Eebbifami! Tiruun bulte lafee taati isa jedhu qilleensa irra nuuf Oolchi.

  • @unikh9837
    @unikh9837 Před 11 měsíci +1

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ❤❤❤❤❤

  • @unikh9837
    @unikh9837 Před 11 měsíci +1

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ❤❤❤❤❤