"ALLAH MAWLAY”| Nashiidaa Gamtaa Haaraya |BESTETHIOPIAN OROMIC NASHED[

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • "ALLAH MAWLAY” #Garalaafaa
    Akkaataan uumamaa mukhaa fii laggeeni
    Namaa fi beyladaa gaaraa fi bishAkkaataan uumamaa mukhaa fii laggeeni
    Namaa fi beyladaa gaaraa fi bishaanii
    Urjiin Samii Gubbaa Ji'aa fi Aduunii tokkumma khee ibsan khalqiin hundisanii
    Khan qalbiin gad-laale dandeytii tee mara
    Si gabbaruu malee dandahee yoom kafra
    Yaa Maalikal mulki dandahaa waa maraa
    Aangoon teeti yoomuu Addunyaa Aakhiraa
    “Akkattaan uumama mukhaa fii laggeenii
    Namaa fi beyladaa gaaraa fi bishaanii
    Urjiin Samii Gubbaa Ji'aa fi Aduunii tokkumma ke ibsan khalqiin hundisani
    Khan qalbiin gallaale dandeytii tee maraa
    Si gabbaruu malee dandahee yoom kafra
    Yaa maalikal mulki dandahaa waa maraa
    Aangoon teeti yoomuu Addunyaa Aakhiraa
    “Laailaaha illallaah”
    Allah! Allah! *2
    Gara laafaa khiyya yaa Abbaa Rahmataa
    Qulqulloyte Rahmaan yaa mootii moototaa
    Siitu shaaree shuuma zalaalam jiraattaa
    Hagam yoon dilaawees siitu na jaalata
    waa hundaahu dabre tolli khee ya Rahmaan
    Harmee Nu Deyserra Sihi Garaa Laafaan
    Rahmanni khee yoomuu hin ibsamu jachan
    Antal hayyul-qayyum wa kullu shey'in fan
    Halkan hunda booda yeroo fajrii sanii
    Aduun Akka baatuf jalqabuuf guyyaani
    Hayyama gaafachuuf fulduree Rahmaani
    Dheyxeeti hayyamaaf Sujuuddi Aduuni
    “Laailaaha illallaah”
    Allah! Allah! *2
    Siin bobbaatee galti uumaan bahriif barraa
    Siin malee hin bu'uu Baallinuu mukharraa
    Kun jachuun taasifta wan barbaadde mara
    Fakkii tokkon qabdu dachii fi Samiirraa
    Uumaan dhakhaa jalaa tan hingarre nuti
    Khan Xiqqaafi guddaa bineensi gaaraati
    Shimbirron barartu Qurxummin bahraati
    nuutu hin garre Malee Si faarfata marti
    Dallansuurra caale gara laafinsi khee
    Si faarsuun hifatu Khan tolakhee arke
    ofumaaf hongaawe Khan tola khee shakke
    ofumaaf hongaawe Khan tola khee shakke
    Tokkottin haajamtu duroomte hundarra
    garuu khalqiin hundaa rizqiin saa si bira
    tokkolleen dandahee hin duroomu sirraa
    sin bobbaanee galla Rahmaan sii nu sooraaanii
    Urjiin Samii Gubbaa Ji'aa fi Aduunii tokkumma khee ibsan khalqiin hundisanii
    Khan qalbiin gad-laale dandeytii tee mara
    Si gabbaruu malee dandahee yoom kafra
    Yaa Maalikal mulki dandahaa waa maraa
    Aangoon teeti yoomuu Addunyaa Aakhiraa
    “Akkattaan uumama mukhaa fii laggeenii
    Namaa fi beyladaa gaaraa fi bishaanii
    Urjiin Samii Gubbaa Ji'aa fi Aduunii tokkumma ke ibsan khalqiin hundisani
    Khan qalbiin gallaale dandeytii tee maraa
    Si gabbaruu malee dandahee yoom kafra
    Yaa maalikal mulki dandahaa waa maraa
    Aangoon teeti yoomuu Addunyaa Aakhiraa
    “Laailaaha illallaah”
    Allah! Allah! *2
    Gara laafaa khiyya yaa Abbaa Rahmataa
    Qulqulloyte Rahmaan yaa mootii moototaa
    Siitu shaaree shuuma zalaalam jiraattaa
    Hagam yoon dilaawees siitu na jaalata
    waa hundaahu dabre tolli khee ya Rahmaan
    Harmee Nu Deyserra Sihi Garaa Laafaan
    Rahmanni khee yoomuu hin ibsamu jachan
    Antal hayyul-qayyum wa kullu shey'in fan
    Halkan hunda booda yeroo fajrii sanii
    Aduun Akka baatuf jalqabuuf guyyaani
    Hayyama gaafachuuf fulduree Rahmaani
    Dheyxeeti hayyamaaf Sujuuddi Aduuni
    “Laailaaha illallaah”
    Allah! Allah! *2
    Siin bobbaatee galti uumaan bahriif barraa
    Siin malee hin bu'uu Baallinuu mukharraa
    Kun jachuun taasifta wan barbaadde mara
    Fakkii tokkon qabdu dachii fi Samiirraa
    Uumaan dhakhaa jalaa tan hingarre nuti
    Khan Xiqqaafi guddaa bineensi gaaraati
    Shimbirron barartu Qurxummin bahraati
    nuutu hin garre Malee Si faarfata marti
    Dallansuurra caale gara laafinsi khee
    Si faarsuun hifatu Khan tolakhee arke
    ofumaaf hongaawe Khan tola khee shakke
    ofumaaf hongaawe Khan tola khee shakke
    Tokkottin haajamtu duroomte hundarra
    garuu khalqiin hundaa rizqiin saa si bira
    tokkolleen dandahee hin duroomu sirraa
    sin bobbaanee galla Rahmaan sii nu soora

Komentáře • 3,1K

  • @HamzaSheikhJabir
    @HamzaSheikhJabir Před 5 měsíci +381

    ALLAH ALLAH ALLAH ALLAH Wallaahi hujii dhugaan hojjatamte onnerraa buqaate ❤❤🎉🎉🎉🎉

    • @kalid_J
      @kalid_J Před 5 měsíci +6

      Sillee si eegaa jiira❤

    • @Islaamaa
      @Islaamaa Před 5 měsíci +10

      Najisa Kun sirba moo muusicadha

    • @Ramjantube12
      @Ramjantube12 Před 5 měsíci +5

      Heddu naf taate

    • @hamazmohammed-ji8iy
      @hamazmohammed-ji8iy Před 5 měsíci +4

      Kabajamoo keenya abba biyya heddu takka nuf Galatoomi 🙏🏻

    • @jabirkemal1491
      @jabirkemal1491 Před 5 měsíci +5

      Dhuguma amma ati kan biraa haa hafuutii Areeduma sirra jiru kuniilleen sin mararuu gf #Rophnan akkanaa kanaaf Allah Allah Allah jettu warraaddaa ic wahibeekta jedhee si hordofuu kiyyaaf

  • @TofikYusuf
    @TofikYusuf Před 5 měsíci +39

    Ma sha allah good job 😢❤ Allahu mawlay 🥰

    • @inspireoromia377
      @inspireoromia377 Před 5 měsíci +3

      tofike Asselamu Aleykum Warahmetullahi weberekatuhu

  • @seadarube2846
    @seadarube2846 Před 5 měsíci +39

    Tokkotti hin haajamtu duromte hundara garu kaliqii hundaa rizqin is sii bira sah👌👌💝💝💞💞💞

  • @user-zv4dd9cq9m
    @user-zv4dd9cq9m Před 5 měsíci +10

    ALLHA ALLHA ALLHA ALLHA wallaahi hujii dhugaan hojjatamte onnerraa buqaate masha allha masha allha

  • @ahmedalp4053
    @ahmedalp4053 Před 5 měsíci +59

    Ufff!
    Halkan hundaa boodaa yeroo fajrii sani
    aduun akka baatuuf jalqabuuf guyyaani
    hayyama gaafachuuf fuul-duree rahmani
    dheeyxeeti hayyamaf sujuddi aduuni.
    Laailaha Illallah, Allah Allah!!❤

    • @user-uw4lo7it7w
      @user-uw4lo7it7w Před 5 měsíci +2

      ❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @user-pr8ym2zc4l
      @user-pr8ym2zc4l Před 5 měsíci +1

      Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @makroyal6955
      @makroyal6955 Před 5 měsíci +1

      ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @bontu4517
      @bontu4517 Před 5 měsíci +1

      ❤❤❤❤❤❤

    • @ahmedalp4053
      @ahmedalp4053 Před 4 měsíci

      ​@@bontu4517❤❤🙏

  • @loraaloraa1382
    @loraaloraa1382 Před 5 měsíci +33

    Ulul azm 👌👌👌💪💪💪 Amazing heduu takka baredaa nashiidan jabadhaa ammalee ittii fufa

  • @lilisamalkashorts1684
    @lilisamalkashorts1684 Před 5 měsíci +29

    Gara laafaa kiyya yaa abbaa raahamataaaaa
    Qulquloofte argaman yaa miti mooraa.
    Waaw ennaa 35 olin dhagefadhe❤
    Masha alha jabaadha ijaraa hafaa❤❤❤❤❤

  • @FarminioFako
    @FarminioFako Před 5 měsíci +23

    Mashallaa wow it's beautiful and all oromo nashida frist.

  • @Afendi-Tube
    @Afendi-Tube Před 5 měsíci +125

    Irra caallan kalqi akkana jedhan
    "Muziqaan mallatto munafiquma Qalbi irrati biqilchiti jedhan" wa sadaka rasulullah(S.A.W) 💞

  • @NasirMohammed-uk4kq
    @NasirMohammed-uk4kq Před 5 měsíci +61

    💝😍Wow Masha Allah ❤ garee ulul azm wanni keysan hundi👍 💯.

  • @abdalmah
    @abdalmah Před 4 měsíci +6

    Maasha allaah dhugarraa hojatanii rabbi umrii isin haa dheeressuu nuuf jiraadha❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️

  • @AfnanHeaven
    @AfnanHeaven Před 4 měsíci +12

    All Muslims brothers and sisters Eid MUBARAK 1445-2024 عيد العيد ❤❤❤
    مشاء الله best neshid ever ❤😊

  • @Orotechnologies
    @Orotechnologies Před 5 měsíci +29

    Dhugaa dubbachuuf namoota qeeqa turan keessaa ani isa tokko garuu jibbuu hin dandeenye wlh just amazing work " laa ilaaha'illallah"

  • @MulugetaNegawo-rm9wh
    @MulugetaNegawo-rm9wh Před 5 měsíci +50

    Maashallah maashallah rabbiin umrii dheertuu waliin waarsee isin haa tursiisu ❤️

  • @Bari143
    @Bari143 Před 5 měsíci +15

    An ammaaf hedduun isinirraa gammade!Kana booda kan waltaddii irra kan nashiidaa kan duraa caaltuuniin eega!Amntii teenya yeroo afaanuma keenyaan Faarfanne daran gurra nama seena!

  • @Ibo88-
    @Ibo88- Před 5 měsíci +15

    ትርጉሙን ሳላውቀው ስጠብቀው የነበረ ነሺዳ።ደስ ሲል🥰🥰🥰

  • @hoormob6452
    @hoormob6452 Před 5 měsíci +20

    Sagale bareedu fi yaada bareeda kana me mal qaba sagale keessaan qofa osoo gootani akka ustaaz Najjash Muhammad ti😢

  • @Lazizmoon
    @Lazizmoon Před 5 měsíci +111

    Nashiid akka Afaan Oromotti Sadarkaa kana geeyse hin garre MaashaaAllah wlhi ani isiniif quudhe . For me you're the best ❤❤❤❤

    • @marufhaji
      @marufhaji Před 5 měsíci

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @hamazmohammed-ji8iy
      @hamazmohammed-ji8iy Před 5 měsíci +2

      Galatoomi ilmoo ganda boss 🙏🏻

    • @Bobbaasa_Hussen
      @Bobbaasa_Hussen Před 5 měsíci +2

      laziizmoon nashiidan kee haalaan jalatamaadha kan kee gahuu hin jiruu garuu youtube keetiin gad lakkistaa saniif veiwu hedduu argachuu oolee malee onnee teenya kessaa jirtaa please nuuf hojjeedhuu sagalee tee kiloolee san barana yaadnee

    • @abdisufiyan9723
      @abdisufiyan9723 Před 5 měsíci +1

      Akmii

    • @FadiaA-dm2en
      @FadiaA-dm2en Před 4 měsíci

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilalfozi-gs7xj
    @bilalfozi-gs7xj Před 5 měsíci +13

    King of king nashdaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

    • @OubahJamal
      @OubahJamal Před 4 měsíci +2

      ❤❤❤❤❤❤❤

    • @musabaliyi-qi2fi
      @musabaliyi-qi2fi Před 23 dny

      ​@@OubahJamal❤❤❤❤❤❤❤q❤q❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤11q❤❤❤❤❤❤❤qqqaaaa

    • @TgD-z3p
      @TgD-z3p Před 14 dny

      T❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤​@@OubahJamal

    • @EynabMohammed
      @EynabMohammed Před dnem +1

      Mashallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤tabarakaallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @user-lj8zd2co2n
    @user-lj8zd2co2n Před 5 měsíci +6

    Gammada rabbin sagalee baroda isinif kanne

  • @SurprisedBasketball-pn9yv
    @SurprisedBasketball-pn9yv Před 5 měsíci +14

    YAA RABBI NAMA ISA KANA EEGA TURE KAN DU'E YOO JIRAATE 😢RAHMATA GODHIIF NAMA AKKA MARWAAN SAN FAA 😢😢😢😢😢

  • @HamduIbrahim
    @HamduIbrahim Před 5 měsíci +45

    ትርጒሙን ባላውቀውም ግን ሁሌም አሏህ አላህ❤ ድንቅ ክሊፕ ድንቅ ስራ ማሻአላህ😊

    • @miftaalex3885
      @miftaalex3885 Před 5 měsíci

      This is old fashion
      Oromia wost eyanork afan oromo alakim sitil atafrim
      You are leaving in Oromia then what's make you not learn Afan oromo

    • @HamduIbrahim
      @HamduIbrahim Před 5 měsíci

      @@miftaalex3885 can you teach me 🥺

    • @HamduIbrahim
      @HamduIbrahim Před 5 měsíci

      @@miftaalex3885 can you teach me

  • @obsanmohammed3225
    @obsanmohammed3225 Před 4 měsíci +2

    wow m Allah habibiwwan abshira naaf jabaadha hinaaftufi haasidaaf gurra hin laatina

  • @NuredinAmmee
    @NuredinAmmee Před 5 měsíci +11

    Woow❤❤❤100 masha Allah jabaadhaa ammaas kan akkanaa ittu fufaa music 100
    Sound 100 good 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @fandishsani3868
    @fandishsani3868 Před 5 měsíci +8

    Hojii bareeda hojjattan galatomaa,,,,, thankful,

  • @anetube12
    @anetube12 Před 5 měsíci +137

    Woow mash Allah
    Music 100%
    Video 100%
    Sounds 100%

  • @YasminAbdi-kd6xb
    @YasminAbdi-kd6xb Před 2 měsíci +12

    Wow ❤❤❤❤❤❤👌 maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah ijraa hafa

  • @user-jm4gg6ne6n
    @user-jm4gg6ne6n Před 4 měsíci +2

    Mashalaa mashalaa bayee bareduu nayee rabii isiniraa haa jalatuu ❤❤❤❤❤❤mashalaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @halimaorotube2383
    @halimaorotube2383 Před 5 měsíci +5

    Mashaala mashaala tabarkaala heddu bareduu mashaala tabarkaala sagale keessani wowowo Mu'az Muhammad ❤❤❤❤❤❤mashaala tabarkaala hundi keessanu bayye bayye baredaa uttu sa'a 1,2 hangaa lama nuuf ta'e mashaala uttu mi'a'uu guraa irrati nuu citee😢😢🎉🎉🎉🎉🎉

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Před 5 měsíci +22

    Bagaa nagyan dhuftan wo wo wo wo maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BurtukanAhmed-sb5oz
    @BurtukanAhmed-sb5oz Před 4 měsíci +3

    Isin jaallanna jabaadha itti fufaa isin cinaa jiraa❤❤❤❤

  • @robasmohammed3454
    @robasmohammed3454 Před 4 měsíci +3

    Mashaa allah nashiidaa sadarkka ishii egatte jabaadhaa

  • @mahirabduse2047
    @mahirabduse2047 Před 5 měsíci +20

    Rabbin kenyaa jabadhaa zalalaam jirataa dha Kan dunee zalalaam jirataan isumaa..

  • @fudosausman6432
    @fudosausman6432 Před 5 měsíci +21

    Maasha Allah rabiin isinir haa jalatuu bayee namatii totan rabii jacan isin jaladhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbdulahiYonis-iv9gv
    @AbdulahiYonis-iv9gv Před 4 měsíci +6

    maashaa allah rabbin si haa jabeeysuu jurbee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HasbunAllaah-yw4qy
    @HasbunAllaah-yw4qy Před 4 měsíci +10

    Ergamaan rabbi (S A w ) akkas jedhan muuziqaan alaamaa qiyaamaa irraa tokko jalaa gataa saniif jettee bareeduu him dhabdu

  • @AliBidu872
    @AliBidu872 Před 5 měsíci +20

    Bareedaadha silaa dibbee tana faa jalaa dhiiftanii daran bareedaadha ta'a❤

    • @AmirAbdela-uq9ij
      @AmirAbdela-uq9ij Před 5 měsíci +1

      Dibbe yoo dhiisan akkami bareedahuu 😂😂

    • @NuredinAmmee
      @NuredinAmmee Před 5 měsíci

      😂😂😂 uss waree dibbee kamtuu jira hinaaftuu icc

  • @user-dm9ee9jy5b
    @user-dm9ee9jy5b Před 5 měsíci +5

    Nashida mash a Allah❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Anywayok
    @Anywayok Před 5 měsíci +6

    wow Masha Allah Jabdha Rabin isinrra haa jalltu 💯%

  • @Abdi0209
    @Abdi0209 Před 5 měsíci +6

    Wow masha allha nashida akkam heddu baredudha

  • @user-zx5sd2ld4h
    @user-zx5sd2ld4h Před 5 měsíci +12

    Alhmdulillaahi Baga rabbiin ji’a kabajamaa ji’a ramadaanaatiin nu gahe. Warra baranaa kan bara hedduu nu haa godhu.
    RAMADAAN KARIIM ☪️🌙

  • @user-sz4iy2pu6e
    @user-sz4iy2pu6e Před 5 měsíci +17

    ወላሂ የሚገርም የሚደንቅ ስራ ነው
    ነሺዳ ከተፈለገ በቃ እንዲህ ነው ::👏👏👏👏👏

    • @mohammedjattany1291
      @mohammedjattany1291 Před měsícem

      The only solution I can 🥫 to help is that it will be on your website or have not had a chance to read 📖 email yet and it seems like the

    • @mohammedjattany1291
      @mohammedjattany1291 Před měsícem

      Hsgsjsfsj is a lot more

  • @user-mt1mb7fp2t
    @user-mt1mb7fp2t Před 4 měsíci +6

    Masha Allah waan yero dheeraf eega turee nu gadhifame Alhdulihaa jzk ❤❤❤❤❤❤❤😊

    • @Ramcaff3
      @Ramcaff3 Před 3 měsíci +1

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LovelyBear-zy6dn
    @LovelyBear-zy6dn Před měsícem +1

    Mashaalaa itti fuufaa rabbiin siin haa daabaluu waani yaada maraa

  • @hawwimakura9541
    @hawwimakura9541 Před 5 měsíci +7

    MashaaAllaah hedduu nama tolaa nuuf jiraadha hundii keessani muaz xiqaa keessi guddaati RABBIIN UMRII KEESSAN KEESSA BARAKAA HAA KAHU❤❤❤

  • @techsador
    @techsador Před 5 měsíci +94

    Mashallah, Deegartoota garre ulul Azm akka kiya kan taatan mee👍👍👍👍👍👍👍👍dhaan agarsiisaa

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa Před 3 měsíci +1

    Masha Allah tabarkalah Rabin isinira ha jalatuu nutii isinira jalane 😢😢❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤😢

  • @user-ls3zp7dv4k
    @user-ls3zp7dv4k Před 5 měsíci +3

    As.wr.wb rabii isin irraa haa jallatuu mashaalhaa

  • @YasinTayar-mu6nq
    @YasinTayar-mu6nq Před 5 měsíci +30

    I am from south africa very beautiful ❤

  • @mubaarakilmaituu8068
    @mubaarakilmaituu8068 Před 5 měsíci +12

    Masha Allah Anshida Bareeduu Issin Sagalee Ni Qabdan Bar Sila Dibee Fa'aa Irraa Dhisstani Walhi Akka Ittii Toltan Sagaleen Munashudota Garee Ulul Azm Heeduu Bareedii masha Allah masha Allah masha Allah

  • @user-jx1ps2xv9y
    @user-jx1ps2xv9y Před 5 měsíci +4

    The best neshida of this year❤❤❤❤❤

  • @user-wn9fr5xl1y
    @user-wn9fr5xl1y Před 5 měsíci +104

    Namni nashida tana jaalattan comment tana like tuqi 👍 ❤

  • @Raziyaa-dc4ct
    @Raziyaa-dc4ct Před 5 měsíci +4

    Masha Alaa masha Alaa masha Alaa rabbin isinira haa jalatu adunyaa akiraa warii inafuu sirii mitii jedhus isin waan hojatanini bonaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Yameen_Bdr
    @Yameen_Bdr Před 5 měsíci +6

    MashaAllah waan addaati. Rabbii isinii haa dabalu

  • @user-cy4qv3oq8h
    @user-cy4qv3oq8h Před 5 měsíci +5

    Masha Allah jabadhu ulul azmi ❤❤❤❤

  • @BaharuddinJemal
    @BaharuddinJemal Před 5 měsíci +3

    Maasha allaah hedduu namatti tolti nashiidaan teysan jabaadha ❤❤❤❤

  • @Nasibu70
    @Nasibu70 Před 5 měsíci +8

    Wow Hojjii gaarii hojjatanii dhugamatíi rabbiin isin irra ha jallatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Ferhan_Yusuf.
    @Ferhan_Yusuf. Před 5 měsíci +21

    Wow mashaa allaah bayyee bareedaa dhaa akka yaadne olittii nuuf dhuftanii jollee teenya qaqqaalii jabaadhaa nutiis isin wajjiin jirra gara fuladuraatti ❤❤❤❤

  • @user-gl2kx6kk1f
    @user-gl2kx6kk1f Před 4 měsíci +1

    mashalaa mashalaa mashalaa rabiin bekumsaa amas 🕌🕌🕋🕋🕋🕋❤❤❤❤❤❤mashalaa

  • @ramme_tube
    @ramme_tube Před 5 měsíci +1

    Rabbiin isinirraa ha jaalatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-pr1hu6dc5b
    @user-pr1hu6dc5b Před 5 měsíci +4

    Mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa mashaalhaa ijaa hamtuu isin hin arkinii

  • @qaamakoo1
    @qaamakoo1 Před 5 měsíci +14

    Wow what an incredible nashidha and the whole team are amazing ❤️🙏☪️

  • @seadarube2846
    @seadarube2846 Před 5 měsíci +2

    Natti tole🎉🎉🎉🎉masha allah allahu mowlay🥰👍

  • @user-ct9qr4oz5o
    @user-ct9qr4oz5o Před 4 měsíci +1

    Mashaallah wly obbolesaa kiyaa rabbi siraa haa jalatuu

  • @ShekShek-tb8zi
    @ShekShek-tb8zi Před 5 měsíci +5

    Maashaa Allah garee ulul Azmi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊

  • @user-wv6ro2qr7c
    @user-wv6ro2qr7c Před 5 měsíci +10

    أنت الحى القيوم وكل شئ فان

  • @EliasMKu
    @EliasMKu Před měsícem

    I am oromo protestant but I love nashida plus muaz mohamed please ur my best

  • @user-sk8nc5xv7n
    @user-sk8nc5xv7n Před 5 měsíci +3

    Mashaallaahi bayee natt tolaa lalee hin qufu walyii jabadhu oboso

  • @user-bq9pl1lm5k
    @user-bq9pl1lm5k Před 5 měsíci +24

    Ulul azm ❤💪
    Hojii hajaibatii nidhandeysan wly

  • @AbdiAdem-pf4eh
    @AbdiAdem-pf4eh Před 5 měsíci +28

    Masha Allah
    Waan yaroo dheeraf eega turre
    nu gadhiifame jzk❤❤❤❤

  • @ShariifJamaal-cw1nl
    @ShariifJamaal-cw1nl Před 3 měsíci

    Maasha allah tabarakallah rabbin isinirra haa jaalatu ❤❤❤❤

  • @FetiyaKassim
    @FetiyaKassim Před měsícem

    Nashidaa ajjaibaa shirkii hin qabnee kan rabii gudda ibsuu farsuu wallahi heduun jaladha.rabiin umrii . afiyaa isiin haa kenu jabadha nuuf jiradha.

  • @user-tm6iz4cy6p
    @user-tm6iz4cy6p Před 5 měsíci +5

    Mashaa alhaa Mashaa alhaa Mashaa aka isin jaladhuu wlyi rabiif jechaa isin jaladhaa naf jiradhaa malee

  • @user-pu3zz5kx1d
    @user-pu3zz5kx1d Před 5 měsíci +7

    Mashaa Allah Rabbii isiniraa haa jalatuu jiradha umrii dedhaa qalii waan Heduu namati tolti yeroo 4 wal jalaa dhageefadhe qufuu dhadhabee wallaay Mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hamdiyaaliali
    @hamdiyaaliali Před 4 měsíci +1

    Best jolaa dira dawa nuu jiradaa diraa tiyaa biyaa kooo jooolaa ajebaa walhi jabdaaa

  • @tashoshamballii4070
    @tashoshamballii4070 Před 4 měsíci +1

    Masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa masha Allhaa 🎉❤❤🎉

  • @user-cj3iq6oh3v
    @user-cj3iq6oh3v Před 5 měsíci +3

    Mashaa Allah wow best nashiida

  • @abastube1339
    @abastube1339 Před 5 měsíci +6

    Maashaa Allaah❤ Wallaahi adda👌🥰🥰

  • @layalhayatii8730
    @layalhayatii8730 Před 4 měsíci +1

    Wwwwooowww❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊 thanks for everything muaz and all of

  • @biliseentertainment
    @biliseentertainment Před 5 měsíci +6

    maatii Munshiidoota kanaa hedduun isin dinqisifadha maashallaah Ijoolle Dirree teenyaa umrii barakaatiin isin haa qananissu

  • @AnysoAbrahim-dw8qz
    @AnysoAbrahim-dw8qz Před 5 měsíci +3

    New Ethiopia nashida❤

  • @Muradetube
    @Muradetube Před 5 měsíci +12

    Masha Allah woww hedduu hedduu namati toola wly jabadha jabadha fulduraattii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-gj6rc9jt9u
    @user-gj6rc9jt9u Před 5 měsíci

    ❤❤❤jabadhaa rabbii isiin haa gargaruu garruu silaa sagalee muziqaa sana itti dabaluu bataan wallaah maashaallah maashaallah ❤❤❤❤garruu fulduraafi sireefadhaa jabaadhaa ijjoollee jalalaa ❤❤❤

  • @user-xh3hp9dp1b
    @user-xh3hp9dp1b Před 4 měsíci +1

    Mashaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa ❤❤❤❤❤❤

  • @galmesa48
    @galmesa48 Před 5 měsíci +4

    Mashaallah qaxaleewwan keenya

  • @RORASTUBE
    @RORASTUBE Před 5 měsíci +12

    Nice work ❤❤❤❤ Jabaadhaa Joollee Teenya Qacalee

  • @AbdulbaariiAbdurahmaan
    @AbdulbaariiAbdurahmaan Před 2 měsíci

    yaa maashaa allaah yaabo rabbumaa jedhaa tan muziqaa hin qabne essaa arganna mee nuuf himaa rabbumaaf jedhaa

  • @user-uc5xg2po5k
    @user-uc5xg2po5k Před 5 měsíci

    Maashaa Allaah Jajjabaadhaa Baay'ee Baay'ee Gaariidha .

  • @FenanJawer
    @FenanJawer Před 5 měsíci +11

    Masha Allah garren ulul Azm hunda calttan ❤❤❤

  • @abdusmith1118
    @abdusmith1118 Před 5 měsíci +23

    Masha allah gays keep going 💓 from east to south ulul azma the best ❤❤❤❤❤🇩🇯

  • @ofinboon
    @ofinboon Před 4 měsíci +1

    Wallaayi lubbuu kiyyarraahin isin jaal'adha

  • @AbduljewadAb
    @AbduljewadAb Před 4 měsíci +1

    Mashaa Allhhaa Rabin issiinira haajalatu

  • @Mage749
    @Mage749 Před 5 měsíci +3

    ❤ mashaa Allaaha heeduu namati toltaan dhugaa raabbii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Megersanasir
    @Megersanasir Před 5 měsíci +11

    I am from Canada I love this nasheed ❤

  • @abdaaofficial648
    @abdaaofficial648 Před 3 měsíci +1

    Tokkuma kee ibsa allah ❤🖤❤

  • @NebihaRedwan
    @NebihaRedwan Před 4 měsíci +2

    jabada walhi nashida gara nama gatu 🥰🥰

  • @RihanaNemo
    @RihanaNemo Před 5 měsíci +9

    Masha'allah tokkofaa dhaa masha'allah 👍👍👌

  • @mohammedabdu02
    @mohammedabdu02 Před 5 měsíci +6

    I'm from Djibouti 🇩🇯 what an incredible voice 👏 l can't stop listening to it❤❤❤ merci

  • @HamzaaUsman-qe1rv
    @HamzaaUsman-qe1rv Před 5 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 mashaa Allaaha

  • @JabuOroKing7
    @JabuOroKing7 Před 5 měsíci

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha jabadhaaa ijoollee jajjabduu teenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤