Eebba Galma Waaqeffannaa Waldaa Kiristiyaanaa Araara Waaqayyoo Adduunyaa fi Waldaa Sagalee Jiraataa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 23. 04. 2022
  • #ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
    VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
    Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
    𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
    SUBSCRIBE TO
    OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
    UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

Komentáře • 374

  • @workinashdebela6260
    @workinashdebela6260 Před 2 lety +4

    Waw maqaan waqayyo nan jajjadhaa anii yeroo hundumma Kenna Waqayyo nuf latee kana yeroo yaduu kan akka rajiii Masarati kana argachuu kenyaaf bayyen gammada Waqayyo humurii keessan nuf dheressuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sintayehutadese8824
    @sintayehutadese8824 Před 2 lety +8

    እንኳን ለጌታችን ለመድሃኒታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ ትንሣኤ በዓል አደረሳችሁ የምንወዳቸው ነብይ መስረት ጌታ ኢየሱስ ለምድሪቱ እና ለትውልድ ያስነሳው ነብይ ነው ጌታ ኢየሱስ ዘመንን አገልግሎትን ቤተሰብን የንተ የሆነ ሁሉ ይባረክ አገልጋዮች ሁላችሁም ተባረኩ🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏

  • @sorsekteich9077
    @sorsekteich9077 Před 2 lety +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa waqayyoo isin ha ebbisuu 🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰❤

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Před 2 lety +2

    Ameeenn Ishoo bagaa ayyaannafi araari Jaallali Waaqayyoo siniif baay'atee har'aa geessan kanaa argitan ganaa Kan caaluu hojjettuu Waaqayyoo sin haa eebbisuu daddabalee ulfinnii gooftaaf haa ta'uu Ameeeen Ameeeen❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @senasena421
    @senasena421 Před 2 lety +1

    Ameeeeeeen.waaqayyoo haa ebifaamuu.amma iyyuu nama mana Isa ijaaruu sinaa haa godhu waaqayyoo 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @holiessynagogueministry3339

    The only genuine powerful prophet in East Africa. But still we don't know him.God bless this general.

  • @almasgutama5535
    @almasgutama5535 Před 2 lety +1

    Amen amen nuebifamaa waqyoo uumrii dhera isinifii nufihalatuu

  • @GemachuTilahun

    Eebbiffamma nama waqayyo rajii masarati

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 Před 2 lety +1

    uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee kaa Akkaam namatii toltuu dhugaa Gooftaan baraaf jirenyaa keessaan gutumaa baraa keessanii haa ebbisuu ebbifamaa mattii Gooftaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏💘💘💘💘💘💘💘

  • @kuwaitkuwait4611

    ቋንቋ ባልሰማም ይህን አገልጋይ በጣም ነው የምወደዉ ተበረከ ፀጋዉን ያብዛልህ ❤❤❤❤

  • @user-xl5cg7iu2u

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa maqaa Abbaa kan ilmaa kan Afuuraa Qulqullu sadaan Waqayoo tokoon Ameeeeen

  • @mesiiitube1313
    @mesiiitube1313 Před 2 lety +1

    Ameen Ameen Ameen ebbiifama dachaan galanii waaqayyoof haa ta'uu bara baraan

  • @ayeetuushow
    @ayeetuushow Před 2 lety

    Nagaan waqaayoo isiin haa tahuu uuuuufff ameen ameen ebifaamaa matii waqaayoi waqumtii gudaan baraafi jirenyaa kesaani haa ebisuu umuri kesaani waqumti nuuf haa dheresuu iliiliiiii🙏🙏

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 Před 2 lety +2

    Wowow waqayoo isiin haa ebisuu ebifamaa yaa goftaa galaniif ulfinii siif haa ta,uu 👍👍❤❤

  • @waqayyooanafwabinkosiqofaa5088

    Ame n amen amen amen amen iiiiillllll Eebbifamaa nama waaqayyoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏

  • @burtukangonfa2102
    @burtukangonfa2102 Před rokem

    Waqayyoo dacha isin ha ebbisuu walddaa ararraa🙏🙏🙏❤️❤️❤️

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya1947 Před 2 lety +1

    Waqayyo isini haa ebisuu ebifamaa nama waqayyo

  • @wakishomefeyissa4374
    @wakishomefeyissa4374 Před 2 lety +2

    Gooftaan Yesuus Kiristoos Abbaan kana hundumaa galata bara baraa haa fudhatu!!!

  • @kmlakumale2967
    @kmlakumale2967 Před 2 lety +1

    Wowo uuuuuuuuuuuuffffffeeerr waqayyoo haa ulifaatuu maqaani isaa bara haama barati barati Haleluuyyaa Haleluuyyaa waqayyoo gudadhaa AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN Ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa ebbiffamaa

  • @godisgood6848
    @godisgood6848 Před 2 lety +4

    Nagaan Waaqayyoo isiinif haa baay'atu jaallatamoo fi kaabajamoo qulquulloota Saba Waldaa Araraa