Waggaa Haaraatti Mana Haaraa | Far. Ababaayeefi Luba Mangashaaf Maaltu ta’e |

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 25. 08. 2024
  • #ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
    VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
    Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
    𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
    SUBSCRIBE TO
    OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
    UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

Komentáře • 295

  • @amanuelgerba1124
    @amanuelgerba1124 Před 11 měsíci +2

    Raajii Masarat Taayyee Waaqayyo jireenya keessan haa hojjetu Eeeeeeeebbifamaa hamma dhabe jaalalli Ani isiniif qabu

  • @ASADALI-uw6zb
    @ASADALI-uw6zb Před 11 měsíci +4

    🎉እግዛብኤር ይክበር።።። የወጌል አርበኛን የደከመለትን አምላክ ዛሬ በ ነብይ መሠረት ጌታ አያቸው እግዛብኤርይክበር ዘመናቸው ይባረክ 🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-jb6sn7yx6k
    @user-jb6sn7yx6k Před 11 měsíci +1

    Wawoo Masiiikoo goftanii Sii Haa Ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bagaa waqayoo isini gammachiisee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Před 11 měsíci +1

    😢❤❤❤❤ yaa masiikoo waaqayyoomtii siha eebisuu malee malan jedha ree hadhokoo umurii keessan nufha dhereessuu

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 Před 11 měsíci +5

    Raajii meseret waqayyoo baraake hafe Ammaayyuu haa Ebbisu nuu jiraadhu namaa waqayyoo Ebbifami Ammayyu si jaalana❤❤❤ farfaatuu Abaabayee baga waqayyoo si gammachise Gifitkoo nuu jiraadhu gammachuke Gammachu keenyaa baga gammade mana nagaa mana ebba sifi haa tahu si jaalana❤❤❤

  • @waaqayyotikseekotianihomaa4308
    @waaqayyotikseekotianihomaa4308 Před 11 měsíci +1

    Waaqayyoo. Umurii isin haa dheeressu raajii masarat. Siin waqayyotu nuuf kenne ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @husseinkamel7209
    @husseinkamel7209 Před 11 měsíci +1

    Eebifama waqayyoo goofta kenya isi haa ebisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯

  • @MiroJose-rl2yp
    @MiroJose-rl2yp Před 11 měsíci +4

    Wow, maaqan waaqayyoo ha ebbifamuu.
    warraa waldaa araraa ebbifamaa.❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @pincode2821
    @pincode2821 Před 11 měsíci +1

    Rajii maseret tayee waqayyoo barakee haa Ebbisuu abbaa hiyesaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-uw9sc6eh9l
    @user-uw9sc6eh9l Před měsícem

    Uuuuffeeeee waqayoo bagaa sini garraree goftaa gallani waqayoo haa ta.uu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉waladaa araraa goftaani isini haa ebisuu ebifamaa ❤❤❤

  • @hanatesemadumesso1289
    @hanatesemadumesso1289 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo isin haa eebbisu dachaa waldaa araaraa. Ababayeeko giiftiko Luba keenya kabajamoo hojjetoota Waaqayyoo baga abbaan keessan yesuus inni isin umurii keessan laataniif isin gammachiise

  • @maskilove2335
    @maskilove2335 Před 11 měsíci

    Manaa eebbaa sinifi haa tawu namaa waqayooo Rajii masrtti tayee waqayoo baraa jirenyaa kechaa haa eebbisuu nama waqayoo eebbifamee❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @asnafuasnafu68
    @asnafuasnafu68 Před 10 měsíci

    Nama waqayoo baraaa kessan jirenyaa kessa waqayoo isiin haaa ebbisuu ammayuu ayanisa dachaan isinif haa bayatuu darbaa jiradhaa❤❤❤❤

  • @user-gt2dq1tv1f
    @user-gt2dq1tv1f Před 11 měsíci

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉wow raajii masrati waqayyoo barafi jirenya kessani haa ebbisu ayyanaa kana caluu dacha sinifi ha bayisu🎉🎉🎉🎉🎉abbaa hiyesa 😢😢😢

  • @sarahcell8600
    @sarahcell8600 Před 11 měsíci

    Waaqayyoon bara keessaan haa Eebbisuu Eebbifamaa nama waaqayyoo baga walumaan geenye🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @lensaasfaw1713
    @lensaasfaw1713 Před 11 měsíci +13

    የሰውን ፊት ሳያዩ ዘመናቸውን እግዚአብሔርን በማገልገል ያሳለፋትን ይህን ቤተሰብ ስለረዳችሁ እግዚአብሔር ይባርካችህ።

  • @TegestTulo
    @TegestTulo Před 10 měsíci

    Wowowowo waqayyoo haa ulfatuu hin aka nama hin muudamuu sutaa jedheetumaa raawataa maqasa haa ulfatuu waqayyoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @helen-wu8fb
    @helen-wu8fb Před 11 měsíci

    Wawwoo waaqayyoo sin haa ebisuu rajjii umurii dheraa sinif haa kennuu waaqayyoo ebifamaa ayyani isaa sif haa bayatuu ❤❤❤❤

  • @wubitualemayehu5932
    @wubitualemayehu5932 Před 11 měsíci

    Uffff kan kana caala nama gaamachisu maltu jira Waaqayyoo galata isa atyi fudhu Rajji Meserat kan kee moo ega mali jenare Waaqayyoo si haa eebbisu ❤❤❤❤❤❤

  • @alamialami-dv3cr
    @alamialami-dv3cr Před 11 měsíci

    Ebifama Ebifama dacha dacha nama waqayyo waqayyo bara jirenya keessan haa Ebisu Ebifama Ebifama Dacha dacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisehumna9498
    @bilisehumna9498 Před 11 měsíci +1

    Raajii keenyaa namaa waqayyoo goftaan dachaan isinii Haa ebbisuu❤❤❤❤

  • @halimabosona6110
    @halimabosona6110 Před 11 měsíci

    Waqayyoo bara keessaan dachaa haa ebisuu nama waqayyoo Rajii masaarat tayee ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FiloWardi
    @FiloWardi Před 11 měsíci

    Dhugaa wani ajaibatii Wanani jedhe sin eebisu hin qabuu Rajiii Masaratii😢🤲goftaan isin haa eebisuuu🤲🤲🤲👏👏👏👏👏🤲🤲🙏🙏🙏🙏❣❣❣❣❣❣❣

  • @hirpashehirpashe8857
    @hirpashehirpashe8857 Před 11 měsíci

    Raajii Masarati waaqayyoo gooftaa baraaf jireenyaa keessan tajaajilaa keessan gaayiilaa keessan haa ebbisuu ebbifamaa ebbaa Abrahaamii ebbaa yisihaqii ebbaa yaaqoobii ebbifamaa ❤❤❤❤❤

  • @user-el6lm9mf3h
    @user-el6lm9mf3h Před 11 měsíci +2

    Maaloo yaa hojii waqayyo galanni waqayof Haa ta,uu nama waqyyo rajji masarati waqayyo barakesan galagala kessan Haa barechuu ebbifama gudda

  • @agumaetana4166
    @agumaetana4166 Před 11 měsíci +1

    Wow bara haaraatti waan haaraa, Raajii Masarat Dachaa eebbifamaa ammallee🌼🌼🌼🌼

  • @tejeabera2474
    @tejeabera2474 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo baraafi jirenya keessan yaa eebbisuu maqaa yesusin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul2150 Před 11 měsíci +8

    ዋው እግዚአብሔር አብዝቶ ይባርካችሁ ነብይ መሰረት ዘመንህ ይባረክ ዘርህ ይለምልም በእየሱስ ስም ተባረኩ መልካም አዲስ አመት❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-er3bl8uj9k
    @user-er3bl8uj9k Před 11 měsíci

    Wow wow akkam namati tola waaqayyoo barafi jirenya keessan haa eebbisu ebbifama

  • @bilisehumna9498
    @bilisehumna9498 Před 11 měsíci

    Ebbifamaa raajii keenyaa .mana naamatii ijaartuu .waqqayyoo imoo hunmaa addaa siinifii Haa latuu maqa iyesusin❤❤❤

  • @Amante2023
    @Amante2023 Před 11 měsíci +3

    እግዚአብሔር ይበርክ ነብህ መሰረት.!!

  • @MasaratMasarat-wn1vb
    @MasaratMasarat-wn1vb Před měsícem

    Amneeee amneeeeee amneeee amneeeeee amneeee amneeeeee mana ebbaa Siniif haa ta,uu❤❤❤❤

  • @muluuurgeessaa
    @muluuurgeessaa Před 11 měsíci

    Eebbifamii dachaa nama waaqayyoo Raajji keenyaaa umurii dheeraa nufi jiradhaa gooftaan baraaf jireenyaa keessan haa eebbisuu

  • @saratirpa4606
    @saratirpa4606 Před 11 měsíci

    wawwwwwwwooooo waqayyoo waqaraa baraa baraan jirenyaa kessaan dachaa haa Ebiisuu

  • @user-er3bl8uj9k
    @user-er3bl8uj9k Před 11 měsíci

    Hojiin waaqayyoo dinqii dhaa Eebbiifami gooftaa yesus❤❤❤❤

  • @user-xj8oc4bi2l
    @user-xj8oc4bi2l Před 10 měsíci

    Waaqayyoo seenaa haareesaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baagaa gaamadaamii isinii jedhaa aana anii iftuu dhaa

  • @obseetemesgen9331
    @obseetemesgen9331 Před 11 měsíci

    Waqayyoo bara jireenya keessani haa eebbisuu baayee waan nama gammachisu baga gammadanii isiniis

  • @user-ko4is4ie7f
    @user-ko4is4ie7f Před 11 měsíci

    Waqayoo bara kèesan haebisuu nama gooftaa rajii maasarat ❤❤❤

  • @bulichali4729
    @bulichali4729 Před 11 měsíci

    Raajii Masaraat tajaajilaa qofa ituu hin taane, Abbaa hiyyeessaa, abbaa dadhabootaa, warra kufan kan lafaa kaasu WAAQAYYO bara keessanii fi tajaajila keessan haa eebbisu.Nama Waaqayyoo.

  • @Tolera.dugasa
    @Tolera.dugasa Před 11 měsíci +2

    May The Lord of Host bless you Abundantly!
    The Anointed prophet of God

  • @aleminegesa5477
    @aleminegesa5477 Před 11 měsíci

    Maqaan waaqayyoo haa ebbifammuu bagaa gaammadani ❤❤❤

  • @asharafsadeek232
    @asharafsadeek232 Před 11 měsíci

    Baga waqaayyoo Sin gargaare Matti ebbifamoo
    Rajii Masaarti ebbifamaa 🙏🙏🙏

  • @kenakena-xx4jl
    @kenakena-xx4jl Před 11 měsíci

    Wow namati tola ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉waqayyoo galataa guudaa Haa fudhaattuu wari ofii isanitii mana ijaaratin Akaa waqayyoo mana namafi ijaruu yomi argan❤❤❤❤

  • @SalamSalam-rw9rr
    @SalamSalam-rw9rr Před 10 měsíci

    AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen AmeeAmeen ❤❤❤waqayoo baraa keessaan yaa ebisuu ebifamaa ❤❤❤❤

  • @ElshadaayiikOYESUUS
    @ElshadaayiikOYESUUS Před 11 měsíci +1

    Halleluyyaa Thank you my Lord ✝️🙏❣️ baga gamadan baga Gooftaan isin gargaree
    Raajii masarat Waaqayyoo baraf jireenya keessan haa eebbisu akkasumas hojetaa Waaqayyoo hundumti keessan eebbifamaa 🙏👏👏👏👏❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @SinkishHambisa-zz3ri
    @SinkishHambisa-zz3ri Před 11 měsíci

    Ebbifamii rajii Waqaayoo baraa kee haa ebisuu🥰🥰🥰🙏🙏🙏🌻🌼

  • @hundeyadessa9395
    @hundeyadessa9395 Před 11 měsíci

    Waaqayyo si haa eebbisu Nama Waaqayyo Raajii Masaraat Taayyee

  • @zenaazenaa405
    @zenaazenaa405 Před 11 měsíci

    Wwww uuuuu goshii bagaa gechaan maatii keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaatuudiribaa8361
    @chaatuudiribaa8361 Před 11 měsíci

    Eebbifamaa waaqayyoo sin haa eebbisuu 🙏🙏🎉🎉❤❤

  • @miserms4091
    @miserms4091 Před 11 měsíci

    Rajii Masarati barii jirenya keessaan kan Eebbaa haa ta,uu ❤

  • @SenbetaDeressa
    @SenbetaDeressa Před 11 měsíci

    Baga gammaddan baga ittin isin ga'e!!addumaan immoo waaqayyo inni bara keessatti ijoollee isaa kabaju galata haa argatu!! barri keessan hafe immoo bara sooroma ba'uu utuu hin taane bara amma iyyuu itti fuftanii hojii wangeelaa hojjettan isiniif haa ta'u!!

  • @ketemaatomsa9198
    @ketemaatomsa9198 Před 11 měsíci

    Waqqayyo barafi jirenya keesan yaa ebisuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ashutadese974
    @ashutadese974 Před 11 měsíci

    waaqayyo baga isin gargaare. Raajii immoo waaqayyo bara keessan haa eebbisu

  • @axsyraaxstra8356
    @axsyraaxstra8356 Před 11 měsíci

    Ewwwuuw maaqan waaqayoo haa ebbiiffamu🙏ebbiiffaama hunddii keessan 🙏❤💓💔

  • @user-vu8xk2lg1f
    @user-vu8xk2lg1f Před 11 měsíci

    ኦሮምኛ ቋንቋ በላዎቅም ግን ሁሌም እግልግሎቱን እካተታላለሁ "ፕሬግራሙ ሁሌም በአመርኛ ቋንቋ ብሆን" መልካም ነዉ

  • @kenakena-xx4jl
    @kenakena-xx4jl Před 11 měsíci

    Ammeen Ammeen ❤❤❤🎉🎉🎉🎉yesusiko Atii naajalatee

  • @user-sg5jk2zv9s
    @user-sg5jk2zv9s Před 11 měsíci

    Eebbifamaa barrii kessan haa eebbifamu ❤❤❤❤

  • @Derartu-wg4do
    @Derartu-wg4do Před 2 měsíci

    Waqayoo isini haa ebisuu ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏

  • @TigistDirriba
    @TigistDirriba Před 11 měsíci

    Waaqayyo Eebba kana caalu isin haa.Eebbisu

  • @bekamitiku5035
    @bekamitiku5035 Před 11 měsíci

    Waaqayyo guddaa isaan haa eebbisu Raajii, isaan bu'aa dhalootaati.

  • @user-hg9pv9xj6r
    @user-hg9pv9xj6r Před 11 měsíci

    Waaqayyo bara jireenya keessanii ha'ebbisuu

  • @user-oy8lp4pw1j
    @user-oy8lp4pw1j Před 11 měsíci

    Wawwwww❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢 thanks you mesrt waqqayoo sii Yaa Ebbiisuu ❣️❣️❣️❣️❣️

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p Před 11 měsíci

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa

  • @user-fi1ez4ft1p
    @user-fi1ez4ft1p Před 11 měsíci

    Uuuuuuufffffffffeeeeeee waaqayyoo koo ulfadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-cp7in6ln3i
    @user-cp7in6ln3i Před 11 měsíci

    Waaqayyo bara Kee haa eebbisuu raajjii masarat Taayyee.

  • @dureessaaterefe82
    @dureessaaterefe82 Před 11 měsíci

    Waaqayyo isaan haa eebbisu dhugaa!

  • @mababa6556
    @mababa6556 Před 4 měsíci

    Thanks juses you are the one. raajii meseret real prophte god son.

  • @user-pb9tc4mo4m
    @user-pb9tc4mo4m Před 11 měsíci

    Eebbifama waqayyo dachaa isin haa eebbisuu Nama waqayyo eebba godhee Saba keenyaf kennedha isin

  • @eshetugetahunwedajo6364
    @eshetugetahunwedajo6364 Před 11 měsíci +1

    Gatiin Waaqa biratti walitti qabatan hin Badu. Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu.

  • @waktoleetana9482
    @waktoleetana9482 Před 11 měsíci

    Baayye nama gammachisa warra hirmanna gootan Hunda gooftan isan ha eebbisu

  • @meserettaganu5348
    @meserettaganu5348 Před 11 měsíci

    Uuuuuuuuuuuuifffffffff amen amen amen amen amen amen amen amen ebbifam dachaa nama waqayyoo rajji meseret ebbifamaa waqayyoo bara fii jieenyaa keesanii yaa ebbbifam umrii dheearadhaa waggaa baa yee jiiradhaa rajii meseret ❤️💯💯💯🙏📖💯🙏

  • @dababdata31
    @dababdata31 Před 11 měsíci +4

    It's miracle 🎉🎉🎉Happy new year .God bless prophet Meserete Taye 🎉

  • @gaaddisaadarajjee229
    @gaaddisaadarajjee229 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo isin ha ebbisuu ebbifamaa

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před 11 měsíci

    Wwwwoo baayee nama toltu waqqayyoo bara jireenyaa keessaa siinf haa ebbisuu dachaa dachaan ebbifamaa🙇🙇🙇🙇👏👏👏👏🌻

  • @habtamuhaile7638
    @habtamuhaile7638 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo dachaa dachaa isin haa eebbisu, Eebbifamaa!!.

  • @user-dd4lb7yp3g
    @user-dd4lb7yp3g Před 11 měsíci

    Wwwwoooo Wwwwoooo geta ybareki nbey meseret geta iysus ybarkasu

  • @alamialami8135
    @alamialami8135 Před 11 měsíci

    Waaqayyo isini haa Eebbisuu Eebbifamaa

  • @user-vl7gm3xt7x
    @user-vl7gm3xt7x Před 11 měsíci

    Waaqayyoon isan Eebbisu rajii meserat

  • @zelalemwaltaji5638
    @zelalemwaltaji5638 Před 4 měsíci

    Hammaarree isiniif haa kennu Waaqayyo!

  • @mastuforjesus8567
    @mastuforjesus8567 Před 11 měsíci

    Uuuùuuffeee waaqayyoo isiini haa ebbisuu ebbaaf ta'aa darbaa adeema kanumaa caaltii ebbaaf ta'aa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BooneeYouTube-ui5rj
    @BooneeYouTube-ui5rj Před 11 měsíci +1

    Wow wow eebbifama raajii masarati ❤❤❤

  • @biratumekoninbiratu9743
    @biratumekoninbiratu9743 Před 11 měsíci +1

    Waqayyo gudaadha Bari kesaan hadheeratu ammas luba Mangasha xorataa siin jedhn isaan tu xorataadha ati sichi itti fufte hjiiwaaqa hojetta ; Rajii Masarat Bari kessan haaebifamu kanaa achi waan jedhamu nama dhabsiisa!

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 Před 11 měsíci

    Uuuuuuuuuuuuuu fffffffff Ameen Ameen ebbifamaa nama waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lamibekele9082
    @lamibekele9082 Před 11 měsíci

    ❤❤❤ani garuu hojii Gaarii kana hundumaaf waanan jedhu hin qabu baay'eedhuman gammade Raajii Masarat Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu malee

  • @AbabaaJaldu
    @AbabaaJaldu Před 11 měsíci

    Waqaayyoo beekaa dhaa 😢😢😢😢Ijaa keenyaa waqaayyoo irraa godheeraa 😢😢😢😢

  • @temesgenmulatu8734
    @temesgenmulatu8734 Před 11 měsíci

    jalqabaa kaaseen Q.Mangashaa fi maatii isaanii beeka dhugaatiin Waaqayyon tajaajiluu waant aheef bira qaba kana badaa hin beekan kanaafii malee kan mana hin ijaarratin turan malee warri isaan waliin gimbiidha bahe kan man hin qabne hin jiru......... waanuma maraafuu waaqayyo galata haa argatu!!! Raajii Masarat waldaa Araara akkasumasa namaoota hojii kana irratii hirmaatan Gooftaan bara keessan haaeebbisu!!!!!

  • @user123-v5u
    @user123-v5u Před 11 měsíci

    Baga waaqayyoo isin gammachisee! #Nama eebbifamaa fi kabajama , Akkasumas nama waaqayyo fooniti fi hafuuraan eebbisee ❤❤❤Raajii Masarat Taayyee eebbifamaa, ulfadhaa! Bara keessan haa eebbisu,#ammayyu dachaa dachaan eebbifamaa

  • @mimibekaa1065
    @mimibekaa1065 Před 11 měsíci

    Raajii masarati jechaan ittin sii ebbisutuu naa harkaa badaa Ebbifamii lencaa nama Gooftaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waaqayyoogudadhamalo6475
    @waaqayyoogudadhamalo6475 Před 11 měsíci

    Wow wow 👏👏ilililili waaqayyoof galannii haa ta, uu dachadhan
    Nama waaqayyoo Raajjii Masarat
    Waaqayyoo waaqni jirataan Ebbaa Abraham Ebbisee dachadhan isiin haa ebbisuu Ebbifamaa dachadhan baraf jireenyaa keessaan haa Eebbisuu maqaa yesuusin 📚📖💗💗🌻🌻🌻🌻👏👏🙏

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 Před 11 měsíci

    ❤wawu waqaayyo baraaf jirenya keessani haa ebbissu ebifama raajii masarat ebifama❤❤

  • @user-jg4pz1lo9l
    @user-jg4pz1lo9l Před 11 měsíci

    Ameeen waqayyoo haa ebbifaamuu

  • @bogaleabose277
    @bogaleabose277 Před 11 měsíci

    Faarfannaa Adde Ababayee Inni "Waaqayyoo Mardakiyoosiin balbala duraa kaasee Barchuma gubbaa kaa'e" jedhu hojjii gur'guddaa hojjete, hojjechaas jira.

  • @glorytogloryglory8777
    @glorytogloryglory8777 Před 11 měsíci +1

    Hallelujah, my god bless you always man!!❤️🙏💔

  • @kaayyoogoota4230
    @kaayyoogoota4230 Před 11 měsíci

    Raajii Meseret Waaqayyoo isiin haa Ebbisu

  • @shittoodandanaa3953
    @shittoodandanaa3953 Před 11 měsíci +1

    Ebbifaama Waaqayyo baraaf jireenya keessaan haa Ebbissuu Ebbifaama dacha dachaan hallelujah iyesus Goftaadha galani guddaan Waaqayyof haa ta'u bara baraan ilililililililili ilililililililili 📚🏠📖❤️❤️❤️🌼🌼🌼🌻🌻🌻

    • @husseinkamel7209
      @husseinkamel7209 Před 11 měsíci +1

      Ebifama 🤲🤲🙏🙏💯🙏💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 Před 11 měsíci

    Haleluyyaaaaaa wawoo Gooftaan baraa keessan haa ebbisuu malee maal jennaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-sm5tp7nx7k
    @user-sm5tp7nx7k Před 11 měsíci

    Uufffee Amen baga gargarmtani🎉🎉

  • @user-zx6iz2iz5l
    @user-zx6iz2iz5l Před 10 měsíci

    Keessa kootu Gammadee dhugaa dha.❤❤❤❤❤

  • @user-wg2cj8kr5d
    @user-wg2cj8kr5d Před 11 měsíci

    Naamaa ajai'ibaa gooftaan iniihaa ebbiissuu ebifamaa dhugaa bayye'ee namaagamachisaa 😍😍😍😍😍😍💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @asterburaka3150
    @asterburaka3150 Před 11 měsíci

    WAAQAYYOO ISIIN HAA EEBBISUUU❤❤❤❤❤❤❤❤ M.Far 127:1