"Mucaakoo Du'aan Dhabeera"/Faar.Sannaayit Mitikkuu - Galateeffannaa fi Dhiifama

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 12. 2023
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Komentáře • 84

  • @birhanederessa6595
    @birhanederessa6595 Před 7 měsíci +3

    Seenaa ajaayibaa barumsa namaaf keennuufii Gooftaatti Nama cimsuudha.Eebbifamaa hundumti keessan.

  • @asterkenea
    @asterkenea Před 7 měsíci +1

    Waaqayyo obboleessa akkasii siif kennuusaatti waaqayyoon galateeffadhu

  • @dabaejeta1448
    @dabaejeta1448 Před 7 měsíci +1

    Waa lamama qofa.
    1. Bu'aa ba'iin namatti baay'atus, Waaqayyo waan namaan eegale ofuma isaa galmaan ga'ata! Inni danda'aadha!!!
    2. obboleessa nama faanaa gatii kaffaluu fi gatii kaffalameef obboleettii nama galateeffattu arguun addatti nama gammachiisa!
    Sannii beektuu, hubattuu fi garraamii koo guddaa eebbifami.

  • @Megertumek-dd8yv
    @Megertumek-dd8yv Před 7 měsíci +1

    Jireenyi kristiyaana qorumsa malee hin bareedu kanaaf atis kana hubattee ayyaannisaas siif baay'atee baga har'a geesse nuuf jiraadhu ammallee sirraa hin dhaamiin

  • @user-ms9bp4jk6i
    @user-ms9bp4jk6i Před 7 měsíci

    Uuufffee ebbifammii giftii koo wqy gargaradha ❤️❤️❤️

  • @biiftuujaalalaa613
    @biiftuujaalalaa613 Před 7 měsíci

    Ebbiffamii Ebbifamtuu koo kanuma caalaa ayyannii waqayyoo siif haa baay,atu ,itti fuufii gatin kee waqayyoo harka jira ,mana harki Nama hin ijariin qabda jajabee koo dhugaa waan hedduu sii irraa barbadee💕💕💕💕💕💕💕💕💕💓💓💓💓💓💓💓💓🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌

  • @ChimdiTaye-bt7ed
    @ChimdiTaye-bt7ed Před 6 měsíci

    Guddaa galatoomaa warra mo'aa! Qophii keessummaa mo'aa irraa baay'ee barachaa jirra. Seenaa namootaa Fi mudannoo isaanii irraas waanta baay'ee barachaa jirra jabaadhaa itti fufaa jechaa. Faarfataa Milkiyas Tararaa gara fuulduratti qophii kanarratti osoo affeertanii Waanta baay'ee akka irraa barannu abdii Guddaan qaba! Waaqayyoo Bara Keessan haa eebbisu, Galatoomaa.

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Před 7 měsíci

    Wowowoow waaqayyoo siyaa eebbisuuu hadhokoo baarreeduukoo waaqayyoo gaarii dhaa
    isatuu kenne isatu fudhate jedhe iyoob ammas waaqayyoo dachaa dhibbaan si baadhasus danda 'a bareeduukooo hin gaadiin
    Dhugaa bahumsikee waaqayyoo soodatamu akka qabu nama barsiisaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
    Baay'een sii jaalladhaa

  • @bareduuamboo1522
    @bareduuamboo1522 Před 7 měsíci

    Uuuuuffffeeeee ebbifamii baqaayyoo sii haa ebbisuu in han hundumaa keessati nama gargaruu waqaayyoo haa ebbifamiu🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Galex_2400
    @Galex_2400 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo sii haa eebbisu,dhugumaa kitaabatti jijjiramuu qaba dhugaa baatiin kee❤

  • @kibrebanti5171
    @kibrebanti5171 Před 7 měsíci +2

    waaqni baga har'aan si gahee...ammas mana waaqaa keessa jiraadhu.

  • @abdisaashanu1740
    @abdisaashanu1740 Před 7 měsíci

    Ati Waa'ee Da'imaa Gafachuun kee gaarii turee, yaada ishee Eguu qabda jedheen yaada

  • @user-mc3xs4cd5l
    @user-mc3xs4cd5l Před 7 měsíci

    Amme
    en Waqayyoo bagaa namaa galatasa si tasisee goftaan haa ulfaàtuu ebbifamii

  • @asteermitiku3299
    @asteermitiku3299 Před 7 měsíci

    Ameen Eebbiiffammaa innii isiin gargaree waaqayyoo haa ulfaatuu😍😍😍😍😍

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před 7 měsíci

    Uuuuuuufffee waqqayyoo siif haa ebbisuu jabbadhuu bareeduu koo waqqayyoo siif gargaraa❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏

  • @oromiyaanbiyyaa8443
    @oromiyaanbiyyaa8443 Před 7 měsíci

    waaqayyoo gooftaan macca sii haa eebbisuu jabadhuu jireenyi kee namoota biroof barumsadha giiftiikoo

  • @martaakayyoo4803
    @martaakayyoo4803 Před 7 měsíci

    Eebbiifamii waaqayyoo caba kee haa fayiisuu sanniikoo💚💚💚❤️❤️❤️❤️

  • @user-tu6vs6cm6x
    @user-tu6vs6cm6x Před 7 měsíci

    Waaqayyoo sii yaa ebbisuu sanayit waaqayyoo hamale dachaa ebbifamii ❤❤❤

  • @user-et7zd7df4e
    @user-et7zd7df4e Před 5 měsíci

    HIMMMMMM.....................Ajaa'iba

  • @kenasajaleta3864
    @kenasajaleta3864 Před 7 měsíci

    Jabaadhu jabduu namaa, baay'ee si jaallanna! ❣❣

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 Před 7 měsíci

    Ufeeeeee waqayooo baga isin gargare hadhoo koo ebbifamaa ❤❤

  • @HappyCheeseBoard-rq4nb
    @HappyCheeseBoard-rq4nb Před 6 měsíci

    Immimaanin jalqabeen imaamaniin xumuree dhugaa waaqayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @yesusguda2145
    @yesusguda2145 Před 7 měsíci

    Waaqayoo bekkadhaa jabadhuu giftii koo❤❤❤

  • @miserms4091
    @miserms4091 Před 7 měsíci

    Haleluyaa
    Iyesus goftaadhaa Eebbifamaa dachaa dachaan

  • @mesaymitiku1625
    @mesaymitiku1625 Před 7 měsíci

    waqayyoof galannii guddaan hata'u inni dadhabbii namaa hinrrannffanne waaqayyoo ha'eebifamu

  • @asegedubirhaanu2928
    @asegedubirhaanu2928 Před 7 měsíci

    Ameen ebbifami waaqayyo sii ebbisu

  • @gracegalgallu1528
    @gracegalgallu1528 Před 6 měsíci

    Ameeen 🙏🙏🙏 God bless you sister

  • @user-di2xe6io6o
    @user-di2xe6io6o Před 7 měsíci

    Wow waqayo ha. Ebbifamuuu 🙏🙏🙏🙏

  • @meskeremmeskerem9048
    @meskeremmeskerem9048 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo waan hojeetuu hundumaati beekaadhaa ❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @amkm8503
    @amkm8503 Před 7 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤ uuffee waqaayyo isin haa ebbisu❤

  • @HappyCheeseBoard-rq4nb
    @HappyCheeseBoard-rq4nb Před 6 měsíci

    Uuuuuufffffeee yesuuskoo😓😓😓😓😓😓😓😓😓💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭

  • @massuuwallagaa8448
    @massuuwallagaa8448 Před 7 měsíci +1

    waqayoo gallataa haa argatuu waqayoo amanamdhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alemneshmitiku8522
    @alemneshmitiku8522 Před měsícem

    Gifttii koo ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @rormam4440
    @rormam4440 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo si jaallatta jabaadhuu ❤❤

  • @abdilemi2641
    @abdilemi2641 Před 7 měsíci

    ati namaa jabdudha jabaadhu waaqayyoo si wajjin jiraa

  • @user-io6ux4yo6q
    @user-io6ux4yo6q Před 7 měsíci

    Waaqayyo sii haa ebbisu , waan yaadeeti milka,i

  • @sarahasaraha9959
    @sarahasaraha9959 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo si haa eebbisuu hadhoo koo jaabadhu Waaqayyoo beekadha

  • @bachamulatu9617
    @bachamulatu9617 Před 7 měsíci

    Obboloota dubartootaa tasgabbaa`oo akkasii Waaqayyo nuuf haa baayisu. Obboleettii koo barri kee kan eebbifame haa ta`u.

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 Před 7 měsíci

    Waqaayoo Sii haa ebisuu obboleetii køø ❤❤

  • @totah5698
    @totah5698 Před 7 měsíci

    Waqayyoo sii haa ebisuu ♥️♥️

  • @user-rg6sm1yg2d
    @user-rg6sm1yg2d Před 7 měsíci

    Saniiiikoooooo sijalnaaaa nuf jiradhuu givtii keenyaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @mangistuabdeta2587
    @mangistuabdeta2587 Před 7 měsíci

    Ameen ebbifammii nama waqayyoo ❤❤❤❤

  • @AhmadAhmad-ik9kv
    @AhmadAhmad-ik9kv Před 7 měsíci

    Uuuuuuuffeee ebbifamii qaxalee kenyaaa❤❤❤❤❤❤

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 Před 7 měsíci

    Uuuuuuuuuuuuuu ffffffffffff baga waaqayyo si gargaaree haadhoko❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @teshometolasa832
    @teshometolasa832 Před 6 měsíci

    God bless you!!!

  • @mulissahambissa7182
    @mulissahambissa7182 Před 7 měsíci

    Ebbiffama tvn mo'aa nu jiraadha

  • @hadhaako
    @hadhaako Před 7 měsíci

    Jaabduu Koo dhugaa atii jabdudhaa ❤❤❤

  • @BooneeYouTube-ui5rj
    @BooneeYouTube-ui5rj Před 7 měsíci

    Uuuuuuuufff Waaqayoo gaariidha ❤❤❤

  • @user-rj4nh8vz3y
    @user-rj4nh8vz3y Před 7 měsíci

    Waqayoo nama jaalatu qoora

  • @lensamasama4834
    @lensamasama4834 Před 7 měsíci

    AMEEEN AMEEEN AMEEEN ebbiifaamaa ❤❤❤❤

  • @birteebenyaa4825
    @birteebenyaa4825 Před 7 měsíci

    waqayoo olchadhaa ❤❤❤ebifamii

  • @kenytaye9229
    @kenytaye9229 Před 7 měsíci

    Blessed my sister ❤❤❤

  • @odaadola8910
    @odaadola8910 Před 7 měsíci

    Eebbifamii❤

  • @chalchisamilkessa5531
    @chalchisamilkessa5531 Před 7 měsíci

    Ebifamaa

  • @user-eh9dc5nl5u
    @user-eh9dc5nl5u Před 5 měsíci

    🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
    🌻🌺 መልካም 🌺🌻
    🌻🌻 በዓል! 🌻🌻
    🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
    💚💚💚💚💚💚💚💚💚
    💛💛 🕊 ሰላም 🕊 💛💛
    ❤️❤️❤️❤️❤️️❤️️❤️️❤️️❤️
    💚💚💚💚💚💚💚💚💚
    💛💛 🕊 ሰላም 🕊 💛💛
    ❤️❤️❤️❤️❤️️❤️️❤️️❤️️❤️

  • @Ofgea
    @Ofgea Před 7 měsíci

    Waaqayyo Gaariidha

  • @hadhaako
    @hadhaako Před 7 měsíci

    Waaqayyoo galata haa argatuu😢🙈

  • @user-eh9dc5nl5u
    @user-eh9dc5nl5u Před 5 měsíci

    Waqi wani hunda beeka

  • @dhebeguutata1919
    @dhebeguutata1919 Před 7 měsíci +1

  • @qabbanneashuukalo134
    @qabbanneashuukalo134 Před 7 měsíci

    Waqayoo siyaagargaru

  • @kibrebanti5171
    @kibrebanti5171 Před 7 měsíci +1

    ❤❤❤❤

  • @temesgenetefa4776
    @temesgenetefa4776 Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdisaashanu1740
    @abdisaashanu1740 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo kancaluu hinjiruu 6:35MP

  • @yidimitiku3156
    @yidimitiku3156 Před 7 měsíci

    waqayoo bekadha jabadhu hadhoko

  • @user-mf2sx5xr1v
    @user-mf2sx5xr1v Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤😊😊

  • @user-mf2sx5xr1v
    @user-mf2sx5xr1v Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @bekaderessa812
    @bekaderessa812 Před 7 měsíci

    Jabadhuu, giftii koo waaqayyoo oggessaa

  • @burtukanburtukan4781
    @burtukanburtukan4781 Před 6 měsíci

    😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @amel2941
    @amel2941 Před 7 měsíci

    እግዝያብሕር ይባርካችው ተባረኩ ❤ተባረረ

  • @mesaymitiku1625
    @mesaymitiku1625 Před 7 měsíci +2

    thank you God

  • @sileshimarima
    @sileshimarima Před 6 měsíci

    samuu.Naama oli .sani Ebifame

  • @leliseguda9815
    @leliseguda9815 Před 7 měsíci +1

    Waaqayyo Abbaanke amanamaadha jabaadhu giiftiikoo ati nama cimtuudha ❤

  • @gemechubenti7150
    @gemechubenti7150 Před 4 měsíci

  • @hawigerbaba
    @hawigerbaba Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mastuu.susinaa9787
    @mastuu.susinaa9787 Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @worldpeacepeace6985
    @worldpeacepeace6985 Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-rj9ye4kk9g
    @user-rj9ye4kk9g Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SenaWakijr
    @SenaWakijr Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @yidimitiku3156
    @yidimitiku3156 Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-tr8en4yy6j
    @user-tr8en4yy6j Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @martaaalemuu
    @martaaalemuu Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤