Video není dostupné.
Omlouváme se.

Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 4

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 01. 2020
  • Obboleettii Fiqir ishee xiqqoo Seenaa irra balaan tokko qaqabee jira; yaata’u malee yeroo dheeraaf osoo hin beekamin turee amma rakkoon isaa ifa bahee jira. Ololli Daawwit Haannaa fi Alam jidduutti waraana uumee jira. Kana kan hubate Hayleen soba ta’uu oduu kanaa saaxiluuf ni murteessa. Kunis gatii akkamii akka isa baasisu waliin yaahordofnu.
    Subscribe: bit.ly/2wPney7
    Connect with Yegna
    Facebook: / yegna
    Instagram: / yegna_official
    Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
    Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
    Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
    የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
    አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
    ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
    የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
    ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
    Facebook: / yegna
    እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
    የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
    እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
    ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
    • ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
    • ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
    • በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
    • ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
    • የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
    • ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
    • በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
    የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
    YEGNA IS FOR ALL OF US!!
    Dear viewers,
    We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
    We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
    - Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
    - Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
    Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
    - your real name (make up a nickname)
    - your age,
    - your address,
    - the name of your school,
    - your email address or phone number, or
    - any financial information or passwords.
    Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' CZcams so you can visit under an adult’s supervision.
    #Yegna

Komentáře • 300

  • @kadijaashawaaa2263
    @kadijaashawaaa2263 Před 4 lety +25

    Natuuu duraaa laleee lekii godhaaa fii jabdhaaaaa namattii tollaaaa😍😍😍

  • @obsituobse5858
    @obsituobse5858 Před 4 lety +7

    Obsitu Obse
    I don’t know how to explain the love & appreciation I have for this drama; because not only it is in Afaan Oromo also the beautiful Rural Oromia Locations they choices. I’m addicted

  • @sabboontubayaan8635
    @sabboontubayaan8635 Před 4 lety +1

    Hedduu namatti toltan seena keessan qofa osoo hin taane kiyyas keessa jira hedduu isin jaaladha namatti toltan jabaadha ❤️

  • @masaratphone693
    @masaratphone693 Před 4 lety +8

    A garii turee hojjin keessani baay'ee nama gamachiisa siriit itti fuufa hundaa keessan baay'ee baay'een sin jalaadha ebbifamaa😘😘😘😘😘😘👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @anihinleeyyauucaalaa7989
    @anihinleeyyauucaalaa7989 Před 4 lety +12

    Bagaa nagaan dhuftaani afaan oromooti hikuu keessan gudda itti gammaane itti nuu fuufa

  • @yusufahmed7682
    @yusufahmed7682 Před 4 lety +3

    Wowwwww baayee namatti tola Seenaa hunda keenna jabaadha wal Jabeessa Aadaa fi Artii Afaan Oromoo guddisu irratti wal Jabeessa ishii Jaalatamtota ilmaan Oromoo

  • @aggarootube7082
    @aggarootube7082 Před 4 lety +63

    Woyii bagga nagga dhuftanii baye'ee issin jaladhaaa senaa kessan kesa kiyyatuu jiraa wori dirama kanaa affani sadeninuu jalattanuu like naf tuqaa aderaa matis naf ta'aa

  • @faaxumaarsii9206
    @faaxumaarsii9206 Před 4 lety +1

    Dhugaa Rabbii. Hedduu namatti toltanii jabaadhaa Yaa Sabboontotaa sabaa haaluma kanaan itti nuuu fufa.........

  • @ayyubure4330
    @ayyubure4330 Před 4 lety +7

    Uufffeee dafati itti nuf fufa afaan oromotiin nama bayyeetu isiis hordofa jira💞💞💞💞💞

  • @sinbonehbekele3386
    @sinbonehbekele3386 Před 4 lety +2

    Drma kana jaaladheeram dhugaa.ihim...! Keessafuu seenaa hunduma keenya!
    Jabaadha isin walin jirra ✊👏❤
    Keessaafuu Afaan oromootti hiikuun keessaan baay'ee tokko na hawwate.maatii
    Yegna our keenyaa nuuf jiraadhaa!🙏

  • @SaraSara-ot4zt
    @SaraSara-ot4zt Před 4 lety +2

    የኔ አበቦች እንኳን ደናመጣቹ ልኝ በጣምነው ምወዳቹ Bag nagan Nadhufitan Ababota Hin Jabadh Hena Isin arigu

  • @mesiifkr1580
    @mesiifkr1580 Před 4 lety +4

    Wowww bayyee Gaaridhaa jabadhaaaaa 💟💟💟💟👈

  • @kumarkumarkumar1718
    @kumarkumarkumar1718 Před 4 lety +2

    Wowwwwwwww bayyee namatti tolaa akkumaa kanaan hitii fufaa yaa oromo koo

  • @salwaajib1219
    @salwaajib1219 Před 4 lety +1

    hati alami fi dawwit bayee namati tolti abban garuu ni lola rabbi itti qabbanessu💞💞💞 itti fufa sin walin jirraa A dha

  • @sumaanfilaadhe5605
    @sumaanfilaadhe5605 Před 4 lety +5

    Natu dura ilaalee 😁😍👌👌👌 jajabaadha

  • @oroko6384
    @oroko6384 Před 4 lety +2

    Bayyee bayyee namatti toltuu akkauma kanaan hitti fufaa yaa oromoko Like. Akka jajabesitan adaraa hisinin jedha jabadha

  • @sabontuoromoo356
    @sabontuoromoo356 Před 4 lety +3

    Akkami namati tolu seena dhugaa jabadhaaa uuuphaaa

  • @deressadinka7063
    @deressadinka7063 Před 3 lety +1

    oh my God, God bless you really🙏🙏. you have no idea how much i needed it b/c 1. I get to learn afaan oromo by watching the amharic version first the the oromigna version, 2. I get to be entertained well. So please keep up the good work you are much appreciated, baaye'e galatoomaa 👌👍👍👏👏👊👊

  • @bontuuasfawu3787
    @bontuuasfawu3787 Před 4 lety +3

    Bagaa nagaan dhuftaan maatiwaan koo sennaa koo naa fakkataa😍

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Před 4 lety +5

    Jabaadhaa qomoowwan koo maraaf jaalala guddaan qaba

  • @siifansiifan3098
    @siifansiifan3098 Před 4 lety +2

    Wowwwww baayy'ee namati tola jabadhaa dafaa kutaa shaanaf itti fufaa

  • @obseeamboo
    @obseeamboo Před 4 lety +3

    I love you

  • @bireeyoutubebireyoutube1705

    Bag Nagaan dhuftan Diramaa seena kenyaa jabadhaa bayyee namati tolaa ♥️♥️♥️♥️♥️

    • @ayantufayisaa9332
      @ayantufayisaa9332 Před 4 lety +2

      Maloo Bayee namatii tolaa jabadhaa itumaa fufaa💓💓💓

  • @Aawii
    @Aawii Před 4 lety +3

    Bayee baredadha jabadha iti fufa akkati

  • @nagasatafari8985
    @nagasatafari8985 Před 4 lety +1

    wow amazing!!!!!! bay'ee namatti tola jabaadhaa dafa dafa nuuf gadhiisaa !!!!!!

  • @genagena1723
    @genagena1723 Před 4 lety +3

    Wwwwooo bayyee gariidhaa jabadha dirama kana bayyeen jaladhaa jabaadha obboleyyan keenyaa💔💔💔💔💔💔

  • @AS-sb6zr
    @AS-sb6zr Před 4 lety +5

    Baay'ee namatii tolaa jabaadhaa♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @bontumida7272
    @bontumida7272 Před 4 lety +2

    Woooooooooooooow bayyee namati tolee jabadha sanyii ofii

  • @oromiyanbiyya9561
    @oromiyanbiyya9561 Před 4 lety +3

    Baga nagan dhuftan garu gaafin kiyya duran oromo moo amarattu dalage dirama kana

    • @naanatiitiko3639
      @naanatiitiko3639 Před 4 lety

      Amaradhaan ture duura😌

    • @nasirimy1007
      @nasirimy1007 Před 4 lety

      Xagaan akuma abaa isa fafalaa waa hundaafu isin jalana jabadhaa

    • @beshaagetachew6887
      @beshaagetachew6887 Před 4 lety

      Kunii oromo amaraa hin jedhamuu afaani amariftan hojaatamee amaa imoo garaa afaan oromoti fi tigirfat hikamaa jirraa

  • @hawiiintalabadiyaa2747
    @hawiiintalabadiyaa2747 Před 4 lety +9

    Bagaa nagaan dhufitaan

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa7320 Před 4 lety +5

    Welcome bay'ee namati tolaa
    garuu afanaa oromooti moo afanaa Amarati kuni waliti bukesani kuni Oh.my.gad 😁

  • @dammedammu7018
    @dammedammu7018 Před 4 lety +7

    Woooow bayy'ee nama ti tola 💯

  • @aayyuutube2457
    @aayyuutube2457 Před 4 lety +2

    Welcome 😍😍😍😍afaan oromo ta,uu isaatti nama gammachisa ittienu fufa

  • @buzuneshibaayisaa2737
    @buzuneshibaayisaa2737 Před 4 lety +4

    Baaga naagani dhufutani👍👍❤💚

  • @bontuoromo5272
    @bontuoromo5272 Před 4 lety +3

    Wooow bagaa nagaan dhuftan

  • @obseeamboo
    @obseeamboo Před 4 lety +3

    Owowo bagaa nagaa dhuftanii

  • @iftiiymintalashawa5194
    @iftiiymintalashawa5194 Před 4 lety +10

    ₩₩₩₩₩₩ BAYYE NAMATII TOLAA JABADHAA WELL COME 😍😍😍😍😍😍😍

  • @henawumulugeta1587
    @henawumulugeta1587 Před 4 lety

    Baayyee namatti tola garuu seer-lugni afaan oromoo mata duree diraamichaa baayyisee balaaleffata sababni isaa qubee gabaabsuu fi dheeressuun hiika mataa isaa danda'e waan qabuuf Huunda'n Hunda ta'uu qaba.

  • @saliyaatube783
    @saliyaatube783 Před 4 lety +3

    Dawutti atii akumaa Abba kee falifallama waayii Imama kabee Baay'ee nama kofalichissuu

  • @fasoo1973
    @fasoo1973 Před 4 lety +2

    Wowowo wow wowowo baga nagan dhuftani dhuga 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @lemlemlemlem3014
    @lemlemlemlem3014 Před 4 lety +2

    Bayee namatii tolaa jabadhaa

  • @haniyemaryamlij4861
    @haniyemaryamlij4861 Před 4 lety +5

    Baayee eshinii jalaadaa ❤💋

  • @hanafikadue.t3743
    @hanafikadue.t3743 Před 4 lety +3

    nice

  • @frehiwotseifu1056
    @frehiwotseifu1056 Před 4 lety +2

    በጣም ደስ ይላል በርቱ እንዲ በአገራችን በሌላም ቋንቋ ቢተረጎም ሚበረታታ ነው የቱርክ የህንድ ይተረጎም የለ ዋዉ አኮራችሁኝ

  • @opsieopsie7162
    @opsieopsie7162 Před 4 lety +2

    Wow jabadha debiin isaa A

  • @ebrahimabdu5301
    @ebrahimabdu5301 Před 4 lety +5

    Www haaluma kanan itti nuu fufaa 🙏

  • @masartajman5517
    @masartajman5517 Před 4 lety +2

    wwwwwww bayyyyeeee namatii tolee jabadhaa jajabewanii kooo

  • @oromiyaabiyaakoo5989
    @oromiyaabiyaakoo5989 Před 4 lety +11

    Wwwooò hirmanan keessan wali irraa citin jajabadha👍👍👍

  • @galglesidetyawyedingilmari3961

    Wel come jenera yanga kenya bagga Nagan dhuftan tsega &fikr 😍😍😍

  • @abcabcd222
    @abcabcd222 Před 4 lety +4

    A GARII TUREE

  • @dhaqabaruduwan137
    @dhaqabaruduwan137 Před 4 lety +2

    Bayee namatii tolaa dafadhaa kutaa 5 waliii kotaa isii jalanaa

  • @yeemariyamlijj1282
    @yeemariyamlijj1282 Před 4 lety +1

    Wowo bagaa nagaa nuf dhuftan bayyee sin jalanaa

  • @fatiyajimma1941
    @fatiyajimma1941 Před 4 lety

    Wooooow kutaan 4ffaan bayye tokko namatii tolera dhugaa gatii qulquliin Tsaggaa baramefi 💚💚💚💚💚

  • @iluukoiluuko9943
    @iluukoiluuko9943 Před 2 lety

    Wwwwwww ooooooooooo ijoolee kun afaan oromo beeku hin senuu baayyee namati tola ❤❤❤❤❤❤

  • @nanahawi9524
    @nanahawi9524 Před 4 lety +2

    Dhugaa bay.ee namatt tolaa jabadhaa ittuma fufaa

  • @sanyiijawariimuhammad1329

    Itii fufii obboleeyyan kiiyaa qali

  • @wudiyeeiloveyoushawaabiyya1129

    Wel comee bagaa naagan nuufi dhuftanii 😍😍😍👍👍👍👍

  • @kadijjaanasirnasir5236

    Aka nati toltanu ijolee jabdha wwwwuuu💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💋💋💋💋💋💋💋💋

  • @almazgirma5815
    @almazgirma5815 Před 4 lety +4

    Wayyoo hanna fi saaba akkan jaladhu

  • @haniyemaryamlij4861
    @haniyemaryamlij4861 Před 4 lety +2

    ዋው የምውዳቹ ❤💋

  • @saramucaayesusi5274
    @saramucaayesusi5274 Před 4 lety +1

    Dhugaatii maqaa dhugaa bastaanif bayyeen isin jalladhaa

  • @aster8895
    @aster8895 Před 4 lety +6

    Wwwwww dhugaa dubachuuf dirama kun eduu namati tolaa

  • @afraaldhaheri3388
    @afraaldhaheri3388 Před 4 lety +5

    Bayeen jalaadhe diramaa kana Adaraa hin dhisiina

  • @zenbmohamed7114
    @zenbmohamed7114 Před 4 lety +2

    A dha garii turee

  • @asmasaifuasma2485
    @asmasaifuasma2485 Před 4 lety +2

    Dawiit argaadhumasa aboo baay'ee nama aarsa maaliif akkasitti rukutani

  • @kidimassoud4414
    @kidimassoud4414 Před 4 lety

    Maaloo ittii nuuf fufaa afaan oromootin 5,6,7,8,9,10.....😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @alnsjsbsh3194
    @alnsjsbsh3194 Před 4 lety +1

    Baga naga dhuftaani

  • @assafassaf8271
    @assafassaf8271 Před 4 lety +1

    Sobaan dhugaa hawaluun hin ulfataa gaaruu dawit .....

  • @nazarattarazan5818
    @nazarattarazan5818 Před 3 lety

    💖💟Bayer Marathi.tuullaa.keesoo.ii dawiti

  • @leensiiwallaggaa6269
    @leensiiwallaggaa6269 Před 4 lety +4

    Well come 🙋🏻‍♀️ 🙋🏻‍♀️ ❤️❤️❤️❤️

  • @user-wi4ox4ob7w
    @user-wi4ox4ob7w Před 4 lety +1

    ደስ ይላልበአማርኛውን በትርጉም ዋውውውው👍👌

  • @NasmaWadi-jc7he
    @NasmaWadi-jc7he Před měsícem

    𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚 𝐚𝐥𝐚𝐡 𝐡𝐞𝐝𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐝𝐚𝐧❤❤❤❤

  • @BORUDAILY
    @BORUDAILY Před 4 lety

    Jabaadhaa isani wajiini jirraa

  • @wswrwbwayajaiba1380
    @wswrwbwayajaiba1380 Před 4 lety +2

    As we wb Masha Allah hedu baredadha galatoma isinin jena

  • @imanismael6723
    @imanismael6723 Před 4 lety

    mashaallaah heduu namatitolaa uuuuufff bayyee isin jalladhaa hundaa keessaan

  • @abdiikoogooftadhaa9088

    Wowwww akkatii gammadee Afaa oromoo ta'uu isaa jabadha lammi keenyaa

  • @laliiwallaggaa5899
    @laliiwallaggaa5899 Před 4 lety +1

    Uuuuuffffff umurii dheeraadhaa kaa waq

    • @kidimassoud4414
      @kidimassoud4414 Před 4 lety

      Haayi lalikoo anniille wallaagadhan ture maqaan kiyya qiddistin jedhama beerut Iran hojjecha jiraa yoo siif danda,ame koottu wall barra haadhookoo

    • @laliiwallaggaa5899
      @laliiwallaggaa5899 Před 4 lety

      Tolee rakkon qabuu lubbiyeeto maqa fb ke nf himi

    • @kidimassoud4414
      @kidimassoud4414 Před 4 lety

      @@laliiwallaggaa5899 kkkkkkk dhugaa jettaa osoon sitti himee silkiin naa bitamne you tube qofan fayyadamaa jiraa apaatirraan haadhookoooo yoom laata???????

  • @246safa
    @246safa Před 4 lety +2

    Woooow

  • @Hirkoo-dk8cu
    @Hirkoo-dk8cu Před 2 měsíci

    Jabadhaa namatii toltuu❤❤❤

  • @kumarkumarkumar1718
    @kumarkumarkumar1718 Před 4 lety +6

    ዋዉዉዉዉዉ እንዳት አበቱ ያምራል ♥♥♥♥♥♥

  • @asiyaabdulqader6297
    @asiyaabdulqader6297 Před 4 lety

    wow bayee namati toltuu jabadha itti fufaa

  • @muredadamina9367
    @muredadamina9367 Před 4 lety +1

    A.Gaarii ture.

  • @dabaduguma8965
    @dabaduguma8965 Před 4 lety

    Bagaa naga dhufatanii bayyee sii jalaadha

  • @asmuuyeetewahidoo7349
    @asmuuyeetewahidoo7349 Před 4 lety +1

    Garii ture

  • @tarikalamayyo1174
    @tarikalamayyo1174 Před 4 lety +4

    Wwwww.baa.yee.namatii.tolotuu.dhugaa.jabadhaa❤❤❤❤❤💔💔💔💖💖💖💗💞💝🖤💜💛💚💙💟

  • @alliyoshito5662
    @alliyoshito5662 Před 4 lety

    Boqonnaa 1ffaa kutaa 5ffaa meetu eeguun dadhabe!!

  • @sadyasadya5108
    @sadyasadya5108 Před 4 lety +2

    Wwwwwwwwooo welcome

  • @yooyaakenyaa3971
    @yooyaakenyaa3971 Před 4 lety

    Yeroo barumsaa baradhu naa yadachiftan 🤔🤔Nufi jiradha jabadha heduu namati tolaa 💋💋💋💋💋💋💋 hudaa kesan wididdddididid isin godhe

  • @hassanhoussein6845
    @hassanhoussein6845 Před rokem

    Mash Ala

  • @MaryamMaryam-sf6zc
    @MaryamMaryam-sf6zc Před 4 lety

    Baayyee nama tolaa dhugaa waqayo ani baayyee jalaalladhe jabaadha

  • @mohamedmusa9902
    @mohamedmusa9902 Před 4 lety +3

    A gaari ture

  • @qamariyamuhammed5496
    @qamariyamuhammed5496 Před 4 lety +1

    Baayyee namatti toltan garuu sirba amaaranyaa kana balleessitan malee

  • @shittoobaharu6730
    @shittoobaharu6730 Před 4 lety

    Gaarii turree!

  • @woinshetdegef3994
    @woinshetdegef3994 Před 4 lety +3

    💚💚💛💛❤❤👍👍👍👍

  • @quubsaaqawweetti9601
    @quubsaaqawweetti9601 Před 4 lety

    Gaarii ture.

  • @motikeneni9476
    @motikeneni9476 Před 4 lety

    jabaadha isin waliin jira nullee!!!!!!

  • @hlwoman2635
    @hlwoman2635 Před 4 lety

    Wow baay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa matiin senaa kenyaa hundaa 😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @queenservices658
    @queenservices658 Před 4 lety

    Wow bayee namati Tolaa akanumati itti fufaa

  • @rahemaabdo3303
    @rahemaabdo3303 Před 4 lety

    Wowo Wowo qashiti too

  • @RozaRozazakiir
    @RozaRozazakiir Před rokem

    Bayee namaa buhaarsaa nuuf galatomaa hundii keesanuu