Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Dhugaa 2022 [Dhugaa New Afaan Oromo Film/Ethiopian Oromo Movie 2022]

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
    Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
    ---------------------------------------------------------------
    በሌመን ኢንተርቴይመንት
    አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
    ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
    ---------------------------------------------------------------
    @ Leemman Entertainment
    New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
    If you are new to our channel, subscribe now and become a family
    • AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
    Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
    ---------------------------------------------------------------
    #LeemmanFilm
    #LeemmanShow
    #NewOromicDrama
    #AfaanOroomoMovie
    #AfaanOroomoTiktok
    #EthiopianOromoMovie
    ‪@Oromp3‬ ‪@addis214727‬ ‪@visionentertainment4507‬ ‪@VOAAfaanOromoo‬ ‪@bbcnewsafaanoromoo1966‬ ‪@hopemusicethiopia‬ ‪@DrNafyadGetuOfficial‬ ‪@OBNoromiyaa‬ ‪@OromiaMedia‬ ‪@mikiandkeneni‬ ‪@FegegitaReact‬ ‪@daniroyal9689‬ ‪@WendiMak‬ ‪@MikoMikee‬ ‪@ebstvWorldwide‬ ‪@leeman26‬ ‪@EGEREEMEDIA‬ ‪@qaaliientertainment1841‬ ‪@LemiYayeFida‬‪@ArtsTvWorld‬

Komentáře • 850

  • @RORASTUBE
    @RORASTUBE Před 2 lety +61

    Woow Qomoowwan Koo Jalqabbii Gaariidha Roga Hundaan Guddina Aadaa fi Afaan Keenyaatiif Dursa Laannee itti fufiinsaan Hojjachuu qabna. Ani Akka CZcamsr Aartii Afaan Keenyaatiif Dhiphatuu tokkotti finfinnetti Galee hojjachuuf yaaleen ture yeroo sanatti namoota ciccimoo Akka keessanii kana waanan dhabeef Gara Dirree Dhawaatti Deebi’ee hojii kiyya itti fufuu murteesse arra yeroon isin Arku baayyee natti tole. Tokkummaa jaalalaan hojii keessan akka itti fufuu qabdaniin isiniif dhaama. Jabaadhaa waliin taanee Guddina Aadaa fi Aartii Afaan Oromo sadarkaa biyyaatti dorgomaa haa taasifnu.

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety

      Bayye Gayye Galatoma

    • @shumbeetunaaa
      @shumbeetunaaa Před 2 lety

      Lubuu koo sabcryb naa godhii matii nafii tayyiii

  • @KebebushKb
    @KebebushKb Před 24 dny +1

    Bayee natii toltanii waqaa nuu jabadhaa obolotaa koo oromoo koo qalii koo 🥰🥰🥰🥰🥰😘😘💋💋👍👍👍👏👏👏💪💪🌹🌹🌹🍀🍀

  • @firaol3327
    @firaol3327 Před 2 lety +5

    Filmii kana osoon hin dinqisifatin biraa kutuu hin dandahu. Haccee xiqqoo 100/100 siif kannee, Akka ittii fuftan abdi qabaa.

  • @kiyasebonsa5800
    @kiyasebonsa5800 Před 2 lety +6

    Dhugaa Hojii bonsaa hojjatan
    Jajjabaadhaa ❤💚❤😍😍😍😍😍😍

  • @abdutg4777
    @abdutg4777 Před 2 lety +3

    jabaadha hojjii gaariidha, garuu gurbatti raachu jedhani saniin afaani lama wali keessa makaa hin haasayin jedhani maaloo

  • @emebetwoldegebrielabdi3955

    Wowww baayee namati toltu jabaadha ijoole oromo.bakka arti oromoo itti barataamu natti hima maloo

  • @yadessadegefa2779
    @yadessadegefa2779 Před 2 lety +10

    Dhugaa fiilmin kuni baay'ee natti tole. Keessattu Aaktiingin Firayaad daran natti tole. Mucaa kana Tiktok irrattin beeka; achi irratti daranin jaaladha😍😍 Haaluma kanaan itti fufaa.

  • @AlaaddiniiSufiyaan
    @AlaaddiniiSufiyaan Před měsícem +2

    Jabadhaa oromoo toho raabbii sin hagagaruu❤❤❤❤❤❤

  • @specialtube1360
    @specialtube1360 Před 2 lety +5

    Firyad girma my brand friend i proud of you galatomii . naaf jabadhuu
    from Chala Balcha

  • @bontuuambo3424
    @bontuuambo3424 Před 2 lety +5

    Akkam baredduu maloo❤❤❤❤❤oromoo koo jajabessaa 🙏🏿🙏🏿

  • @baharmo5740
    @baharmo5740 Před 2 lety +3

    Waan ajaibaa hojjatan.
    Gaaru wahin essinif dhaamu barbadde waani fadhe yoo essin qoonamee please addaan hin bahinaa walumaraa bareedan anii bayyee itti gammadde raa🙏🙏😍😍😍

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety

      Yaada keetif bayyee galatoomi 🙏🏾🙏🏾

  • @aliyirameto3559
    @aliyirameto3559 Před 2 lety +1

    jabadha kara gaarii irraa jirtanti wantii keenya bayyee tokko tkkon gadii yasaa qindeesa tii ana bayyee natii talee jira.

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety

      Tola galatoomi guddaa 🙏🏾

  • @tamexgemechu1471
    @tamexgemechu1471 Před 2 lety +1

    wooow kunoo akkasitti artii keenya yoo jajjabeeffanne namatti tola jajjabaadhaa isin cina jirra nutis.

  • @yousufusman7304
    @yousufusman7304 Před 2 lety +3

    Mucaan Firaayad jedhamu sun baayyee namatti tola baayyeen jaaladheen jira jabaadhu fuulduratti fiilmii afaan oromoo si keessaan akkan argu abdiin qaba

  • @abdiiabdia4322
    @abdiiabdia4322 Před 2 lety +4

    baay'ee sin ajaa'ibsiifanna ijoolloto oromoo

  • @tujihadi6965
    @tujihadi6965 Před 2 lety +3

    waw oro koo jabadhaa issin fanaa jiraa

  • @bobebobe4675
    @bobebobe4675 Před 2 lety +38

    Beautiful Ethiopian film!! Also a great way to learn each others beautiful languages 🌳⭐️❤️🇪🇹

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před 2 lety +7

    Wooww bayyee namaa tolaa jabadhuu akkanumaa ittii fufaa addaan hin kutinaa❤

  • @jaarraabirhanuu3210
    @jaarraabirhanuu3210 Před 2 lety +3

    Haalli agrsiisa fiilmi kana keessaa cufti karaa aarti,aada fi afaanitin yoo laalle ta'e bayyee kan kuulameedha. bayyee bareeda,bayyee namatti tolas🤛! jabaadhaa💪 kana caala moo yoo hojjattan akka iddoo guddaa geessan abdiin qaba. "LEEMMAN ENTERTAINMENT" jechuun kan keeti,kan kooti,kan keenya.kan oromoo cufaati haa jabeessinu..💯🖤❤🤍 💚❤

  • @muyeedhqubee8101
    @muyeedhqubee8101 Před 2 lety +3

    Filmiin keessaan bayyee namatti tole obbolota koo jabaadha isiniin jaaladha filmichi garuu itti fufuu qaba yeroo dhihotti

  • @tarikukesi2673
    @tarikukesi2673 Před 2 lety +1

    Isiin illee warraa baay'ee jajjabeefamu qabudha.isiin wajjiin jirra jabaadha.

  • @bekanwakaentertainment9377

    Dhugaadha baay'ee na gammachiise hojiin kun kanaaf, utuma do'ii gaggabaabaa akkasiinis ta'u guutuudhaan itti fuftanii baay'ee nama abdachiisa. Waaqayyo jabinaafi dandeettii siniif haa dabalu.

  • @temesgendiriba3331
    @temesgendiriba3331 Před 2 lety +2

    Ayantuu Gamachuu Yomaan Si Fudhuu Badheee uuuuu Kuno Jalalli Na Qabee Filmcha Ilalen DHugaa bayye,ee Namatti Tolaa Jabadha ayyukoo 😍 wanan Godhuu Hin qabu si Butuu kotii Dubannanke Jalalaa Namaaa Wabsisaa Acting All of 100%

  • @musaamano1113
    @musaamano1113 Před 11 měsíci +1

    Jabaadhaa garuu oroomoo waan dalaagdii onnee guutuu dalaagaa.

  • @fikrunedesa
    @fikrunedesa Před 3 měsíci +1

    jabaadhaa wal qarqaaraa hojii keessan irraa bashannaanas gorsas argadheeraa jaranaa

  • @loomiiwayyessa3848
    @loomiiwayyessa3848 Před 2 lety +2

    Woww bayye namatii tolaa oromo filimi jabadha

  • @MuhammadMuhammad-ry6zu
    @MuhammadMuhammad-ry6zu Před rokem +2

    Jabadhaa ijolee oromoo koti💚❤💝🥺

  • @rashedadem8870
    @rashedadem8870 Před 2 lety +2

    Orokoo nuuf jiradha itti jabadha

  • @kingomedia2064
    @kingomedia2064 Před 2 lety +2

    Baayyee namatti tola dhugaa jabaadhaa

  • @bifatuuwallaggaa8267
    @bifatuuwallaggaa8267 Před 2 lety +2

    Wwwwwwoooo bayee namatii tollaa jabadhaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mohammedsalah3843
    @mohammedsalah3843 Před 2 lety +2

    Dhugaa baayye Bareeda jabaadha

  • @KojiKoji-rl9ck
    @KojiKoji-rl9ck Před 8 měsíci +2

    www bayee namatii tolaa Oro koo❤❤

  • @Muradetube
    @Muradetube Před 2 lety +5

    woww bayyee namattii tolltaan jabadhaa lammiwwaan ko ❤❤❤❤

  • @kamilaashaaffi8001
    @kamilaashaaffi8001 Před 2 lety

    Sifudhen jimmakoo lixaa sifudhen Hambo koo lixaa wayy hacce 😭😭hojin keessan namati tolaa jabadhaa

  • @fayeratechtube7892
    @fayeratechtube7892 Před 2 lety +1

    Dhugaa diraamaa kanatti baay'een gammade🥰🥰 Waan tokko dhugaa addunyaa kanaa na barsiiseera.
    Jabaadhaa💪💪

  • @zedarsiioro2277
    @zedarsiioro2277 Před rokem +2

    Jabaadhaa itti fufaa🌳🌳🌳baay'ee namatti tola

  • @abdumalikorotube4889
    @abdumalikorotube4889 Před 2 lety +8

    Amazing ♥️ Jabaadha hojii gaaridha nuuf dheereysa isin waliin jirra👍

  • @latabe
    @latabe Před 2 lety +2

    Bareedaadha. Especially ayu's acting

  • @tiktoker729
    @tiktoker729 Před 2 lety +2

    Wow filmiin keessaan baayyee namatti tola firayad kana caalaa sirra egna jabaadha

  • @user-it5tp2zz7o
    @user-it5tp2zz7o Před 8 měsíci +2

    Wowowowo jabadha obboleewan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ebc8495
    @ebc8495 Před 2 lety +1

    Jalqabiin gatii nama kaffalchiisun ishee waan hin oolle gatii kaffaluun nama seenaa qabeessa ta'a namoota dandeeetti qaban affeeruun arti fiilmii oromoo sadarkaa tokko olkaasa jabaadha ❤❤❤

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety +1

      Yaada kessaniif bayyee galatooma.

  • @samuellemesa4509
    @samuellemesa4509 Před 7 měsíci +1

    it's very beautiful. isinin jaalladha

  • @oromianews7059
    @oromianews7059 Před 2 lety +2

    Wow artii oromoof abdii guddaan jira

  • @lorettsegaye
    @lorettsegaye Před 2 lety +7

    Wow fantastic afaan oromo film......amazing performance by Firayad am really happy for you

  • @fatimaoro980
    @fatimaoro980 Před 2 lety +2

    barusaa Bareddaa Qabbaa Jabadhaa

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před rokem +1

    Jabadhaa obolewaan tenaa ittii fufaa 🥰🥰🥰🥰🥰💯💯

  • @ababooman9494
    @ababooman9494 Před rokem +2

    Dirama baredadha dhuga 😍😍😍😍

  • @kininiitube7963
    @kininiitube7963 Před 2 lety +2

    Like godhaa mee ijollee

  • @ganigalo9631
    @ganigalo9631 Před rokem +2

    Halii qulqullinaa isaa bayyee namati tolaa jabbadhaa itti fufaa

  • @gamebasho9188
    @gamebasho9188 Před 2 lety +1

    Gaaridha jabeessa. waanuman ofiikoo barreesse natti fakkaatee keessatti of ilaalaa tiraa. Yeroo kanaa utuu dhugaafatanii dhugaaniyyuu soba barbaada waan jedhu se'aa....

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety

      Sirridha! Yaada keetif bayyee galatoomi 🙏🏾

  • @gemechistarekegn3599
    @gemechistarekegn3599 Před 2 lety +1

    jabaadha qaaliiwwan keenyaa jalqabni keessan kan aks bareedee hojiin keessan gara boodaa miidhagummaa addaa akka qabaatu hin shakku rabbiin humna fi beekumsa isiniif haa dabaluu........

  • @shelemehachalu1387
    @shelemehachalu1387 Před 2 lety +2

    Carraa fi Ayyaantu baay''ee namattin toltu.Fakkaattanii osoo hin taane taataniitu hojjattan.Fiilmiinis kan ta'uu qabu akkasiini.

  • @AbdallaXayyibHaashim
    @AbdallaXayyibHaashim Před 10 měsíci +2

    Jabaadha hojii keessan namatti tola

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e Před 8 měsíci +1

    Jabadhaa ijjoolee oromoo ❤❤❤❤❤❤❤

  • @gudinamerdasa201
    @gudinamerdasa201 Před 2 lety +1

    baayee kan namatti toludha jabaadha lammii koo isin waliin jirraa akkasumas sponser barbaadadha dhabbataa oromoo ta'ee kan akka baankoota oromootti

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260

    WWwwoooo in bareedu Oromowwaan koo oso namnii hunduu amanamummaa akkan Gabaatee Wwwwwwwoooo

  • @user-hb9tg8vh7i
    @user-hb9tg8vh7i Před 3 měsíci +2

    Wow bayye namati tola ❤❤❤❤

  • @garumakelbesa151
    @garumakelbesa151 Před 6 měsíci +1

    jabaadhaa dhugaa waan ajaa'ibaati

  • @eliasbedada8022
    @eliasbedada8022 Před 2 lety +2

    Wooow Dhugaaa bay’ee natti tolee ijolee Kenyaa

  • @abdallaatube5548
    @abdallaatube5548 Před 2 lety +2

    Wow gariidhaa jalqabbiin keessaan

  • @KojiKoji-rl9ck
    @KojiKoji-rl9ck Před 8 měsíci +1

    Itii fuufa moo akkamii garuu maaloo itii fuufa Oro koo ❤❤😢

  • @lilfuad3071
    @lilfuad3071 Před 2 lety +11

    best work and marvelous also the message really really thank you all of you the dhugaa movie squad we need more more..keep go on....😍😍😍😍

  • @safijemal3684
    @safijemal3684 Před rokem

    waaaw mashaa allah hedu takka namatii tolla galatoma nuf jiradha oromoko

  • @chaltu3505
    @chaltu3505 Před 2 lety +3

    Wow bayyee namatti tollaa kessattu sifuu koo uuuupppaa love you 😍 ❤️

  • @milkesinaaf8637
    @milkesinaaf8637 Před 2 lety +1

    Dhugaa bayy'ee namatii toltaani jabadha

  • @sintayehudadi7972
    @sintayehudadi7972 Před 2 lety +1

    dhugaa dubbachuuf baayyee natti tole. jabaadha.👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @ajufix9320
    @ajufix9320 Před 2 lety +12

    cera gutema's acting level is outstanding !👌

  • @faxumatube5843
    @faxumatube5843 Před rokem +1

    Diramaa baredaa jabadhaa itii nufii fufaa.....

  • @miracleinfo11
    @miracleinfo11 Před 2 lety +4

    waw waw 😍

  • @dinaoldaba5923
    @dinaoldaba5923 Před rokem +1

    Wow wow No have any word to explain
    Baye namati tola Jabadha ijole kenya

  • @MhtrGndv-lu2yz
    @MhtrGndv-lu2yz Před rokem +1

    Bareedaa ilmaan oromoo

  • @tootiitoo4903
    @tootiitoo4903 Před 2 lety +1

    Dhugaa baay'ee natti toleera haaluma kanaan ittii fufaa ♥❤

  • @nigistteji5262
    @nigistteji5262 Před 2 lety +1

    Hojii gariidha nuf jabaadha, Ni gababate malee ni mi'oofti

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety +1

      Tole galatoma nii foyeesina

  • @ZainabHamdan-rp8ln
    @ZainabHamdan-rp8ln Před 6 měsíci +1

    ❤❤jajabada qalewana oromo

  • @menderinajemal2982
    @menderinajemal2982 Před 2 lety +1

    Jaabaadhaa Art Oromoo Gama Fiilmiitiin jirus akka Muuziqaa Oromotti akka guddatuut abdii nutti horaa. Jaabaadha💪💪💪💪💪💪

  • @turiabu
    @turiabu Před 2 lety +1

    Hojii bareeda, jabaadhaa itti fufaa.

  • @kalokibiru2259
    @kalokibiru2259 Před 2 lety +1

    Oooooo bayyee midhagaa dhgaa artiin kenyaa akkas guddachuun isaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 2 lety +1

    Dansaadha. Continue more........ hirmaattoonni filmii kana hundii keessanuu jajjabaadha.
    Galatooma.

  • @taarikeekaffaalee2114
    @taarikeekaffaalee2114 Před 2 lety +1

    Bagumaa keenya taatanii dhugaa baay'ee namatti tolaa nuuf jiraadhaa

  • @saraambo8583
    @saraambo8583 Před rokem +1

    Wan heddu irra baradhe dhuga senna mucicha jabbadha itti nuf fufaa🥲🥲🥰🥰🥰

  • @user-gh9pv9lo3x
    @user-gh9pv9lo3x Před 8 měsíci +1

    woww bayee namatii toltuu jabadhaa❤❤

  • @kalidfadilu2934
    @kalidfadilu2934 Před 2 lety +1

    Wow wow oromo please kotta filmi mi,aa kana dawadha bay,ee tokko namati tola galatoma itti fufa please kanan in badina amazing

  • @umarmohammad1076
    @umarmohammad1076 Před 2 lety +1

    Wow bayyee namatti tola jabaadha

  • @seenaaorotube6627
    @seenaaorotube6627 Před rokem +1

    Hayii hacee koo ❤️
    Dhugaa akkumaa bifaa keeti amalii keetiis namati tola jabaadha

  • @sarahabiranuu6980
    @sarahabiranuu6980 Před 2 lety +1

    Wowwww Lamii Wan koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 jabadhaa

  • @gfhj2889
    @gfhj2889 Před rokem +1

    Woooowwwwww bayee tokko daas Namaa jettuu dhugaa wwoooowww🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @gifiitiiwallaga4830
    @gifiitiiwallaga4830 Před rokem +3

    Hacee xiqaa 💪❤

  • @sifansinte3323
    @sifansinte3323 Před 2 lety +1

    Erga Gaari jabaadha🥰🥰🥰🥰🥰

  • @seenaa_tars
    @seenaa_tars Před 2 lety +27

    Glad that finally, I got to watch Afaan Oromo movie 👏🏾👏🏾the quality of the video is just wowww 🤩Keep doing the best work🙏🏾

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis karatti kufee diinnis hiyyummaa Ethiopian soldiers kolfaan dhumnee

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo1591 Před rokem

    jajjabaadhaa. hojii gaarii hojjatanii ijaa fi gurra ummataan gahaa jirtu.

  • @seenaseena9681
    @seenaseena9681 Před 2 lety +1

    Bayyee bareedaadha garuu hin gababatee malee jabaadha!

  • @giftekaduro3896
    @giftekaduro3896 Před 2 lety +5

    Welcome jaabadhaa laammii love you ❤️❤️

  • @fardosamohamed7141
    @fardosamohamed7141 Před 2 lety +2

    Baay'ee nati tole ..jabaadha isin jaladha..qoomo koo

    • @leeman26
      @leeman26  Před 2 lety

      Tole atis bayyee galatoomi🙏🏾🙏🏾

  • @boniitajesus8813
    @boniitajesus8813 Před 2 lety +4

    wow wow i like this film lv u all❤️💚❤️

  • @Qaroosaba3902
    @Qaroosaba3902 Před 2 lety +1

    Hojii gaariidha jabaadhaa

  • @michuutimes
    @michuutimes Před 2 lety +2

    Jabeessaa,,,,tokkoffaadha ammayyuu!

  • @meseretolana2499
    @meseretolana2499 Před 2 lety +1

    Ni bareeda, jabaadhaa!

  • @senaa2350
    @senaa2350 Před 2 lety +1

    Wowowow Nuf jiradhaa Qaliiwan Kenyaa ♥️♥️♥️♥️💖💖💖💖💖💘💘💘❣️❣️🐅🐅🐅

  • @demetura5227
    @demetura5227 Před 9 měsíci +1

    Wow wow Oromo koo