Hiriyyaa Kiyya Jaartiikoo Na Dhabsiise

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • 09373865464
    Telegramiin Kallachaan Xalayyaa Keessan Kaawwadha!

Komentáře • 187

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508

    Ana kan dhibee namni Malif jireenya nama kessa Seene digu barbada yaa rabbii koo🙏👈uuf baga rabbiin waliti sin debisee 🙏💗💚💗sobduun hin milkoftu 🙅‍♂️🙅‍♂️

  • @ranimea.3899
    @ranimea.3899 Před 3 lety +3

    Waqayyoo Nagadhan walittii isan haa galchuu Kan waqayyoo walittii hidhee enyumttuu addaa in basuu galattommii gamachuu bayyee namattii tolttaa jabadhuu☝️☝️☝️🙌🙌👪💏👫💚💛❤️

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety

      Ranime koottu maatii naaf ta.i sanyii
      czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

  • @hambisejimata8153
    @hambisejimata8153 Před 3 lety +5

    Uuuuuuufffffee baay'ee tokkon isiniti gamadee waliti debihu keessanif waqqayyoo ija'aa nagan waal isiin argisisu umurii Dhertu walin jiradha❤

  • @masiibmareeno616
    @masiibmareeno616 Před 3 lety +22

    3ffaa laale😹 Baga dhufte gamme😍
    Iaalu qofa miti likes kennerra
    Dhaggeeffaachu qofa miti link sher godhe 👈 kanan jaalala Oromia 24 qabu beeksisa

    • @Oromia24
      @Oromia24  Před 3 lety +4

      Galatoomi Masii

    • @masiibmareeno616
      @masiibmareeno616 Před 3 lety +4

      @@Oromia24 atile galataa qabda hojii gaarii fi seenawwan dhiyeessitura akka mana barumsaa lamaffaatti irraa baraadheerra jabaadhu

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety +3

      Masiye maatii naf ta,i sanyii ko video ko dawadhuu

    • @ethiohager6491
      @ethiohager6491 Před 3 lety +1

      @@masiibmareeno616 oh

    • @hajarahajara9206
      @hajarahajara9206 Před 3 lety

      Galtomii

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 Před 3 lety +13

    Waayo har'aa nama baay'eetu na dursee ijoolleen madamii kan na booda dhuftaan like naf xuqaa mee 👍👍 wel came gamee♥️

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety

      Sany taaddee koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 Před 3 lety +2

    Wowo bagaa nagaan isiini gidduu bu'ee ! Nagaanis galaa biyyaa Oromiyaati

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety

      Marina koottu maatii naaf ta.i sanyii
      czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      Sanyii ko maatii naf ta,i

  • @oromiyanikanioromotti4619

    Rabin gufuu isni giduu senuu isni iraa haqabu rabbi Nagani isnii hagalishu jiruu garii isnfii hakenuu❤️❤️

  • @lidacall8220
    @lidacall8220 Před 3 lety

    Uuuffff waqayyoo baga isini ararise odduni nama qabatani kani lubbuu wali balesani bayy'eedha nama birafisi akkaa barumusa ta'u homa hin shakkuu 😥😥❤❤ nagan waliti isina fidu

  • @askela9216
    @askela9216 Před 3 lety

    Bagaa waaqayyoo walitii isiin deebise waliin jirenyaa gaarii sinf haa Ebisuu waaqayyoo

  • @oumarabbas7418
    @oumarabbas7418 Před 3 lety

    habibiko rabbin walitti isin hqdeebisu ilmi nama binensa seena kooti hunisayu isin ille waliti debitan ana qofatin uqfe waliti isin hadebisu tiruko

  • @user-ru7sv7xf2o
    @user-ru7sv7xf2o Před 3 lety +2

    Bagaa walati debissee waqayoo hiriyaa sati hoji issaa yaa latufii baranotaa baredaadhaa kun 👍👍👌

  • @amatiikiyyanniboonaislauma5590

    Bagaa rabbi walitti isin deebisee jaalala dhugaa keesatii qamaa sadafaa amanamuu hin qabuu atii garuu Alamadulillah jedhii rabbi sii dhaqqabee

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 Před 3 lety +1

    Hundaa calamaa bagaa waliti isin debisee nagan wal isin haa argisisuu 🙏❤️ namaa jaladhuu male hin amamin jedhan isaa akanati 😔

  • @direetube9351
    @direetube9351 Před 3 lety

    Ordofaan jirra nati tolleeraa jabadhu!

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 Před 3 lety

    Uuuuuuufffiii waaqayyoo nagaani walliti isinnii haa deebisuu hadhoo koo dhugaadha namani gaarii nama In dubbatuu Bagaa waliti debiitani In guddaani isaa ❤️🥰💔ebbifamii game ❤️

  • @sdsd338
    @sdsd338 Před 3 lety

    Bagaa Rabbiin walitii isiin debisee sanyiwwan koo nagaha garaa biyyaa kessan Rabbiin isiin haa galchuu hamtuun isiin jidduu hin seniin Rabbiin akasumaa hiriyyaa tessan sanii hedduu galataa qabdii ❤❤❤

  • @jawweeoro8346
    @jawweeoro8346 Před 3 lety

    Baga rabbi walti isin debise hiriyan bara kana ira dina dhugaa waya

  • @workineshgomen6886
    @workineshgomen6886 Před 3 lety

    Waqqayyoo nagaan isiin galchee jireenyaa gaarii isinaa jirachisuu

  • @dastaejata7621
    @dastaejata7621 Před 3 lety +1

    Uuuuuuuf bayee namaa gamachisaa bagaa waqayyoo walitii isan debisee hangaa dhumaa walif sin haa dhisuu waqayyoo

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 Před 2 lety

    Maashalaa obolesaa koo raabi nagan isin haa galchuu ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @raydantleecom226
    @raydantleecom226 Před 3 lety

    Seenaan kunii bayyee natti tolee rabbii namaa garii dachee kanaaraa nuf haa bayyisuu

  • @MemeMeme-sz9oh
    @MemeMeme-sz9oh Před 3 lety

    Rabii nagani woliti isan ha debisuu ❤❤❤❤💯

  • @bashakonjo6613
    @bashakonjo6613 Před 3 lety

    Uuuuuuuuuffffff obbolleeyyaannii..ko jallallii dhugaa yoo jiratee Enyuu addaa namaa hin bassuu bagaa nagahanni wolitii debbitannii Nagahanii gallaa 💔💔💔💔💔💔🌹🌹🌹🌹🌹

  • @birhanutube1441
    @birhanutube1441 Před 3 lety +2

    Rabbii nagayaan siin galchee akkaa walin hortaanii bultaan siinif hawwaa.

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      Bire to maatii ko yo hin ta,in naf ta,i video ko dawadhu

    • @birhanutube1441
      @birhanutube1441 Před 3 lety +1

      @@alamitube1894 tolee amma irraa garaa maatii keetiiti makaamuuf deeman jira

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      @@birhanutube1441 deemsa gari 🚕 ❤️

    • @birhanutube1441
      @birhanutube1441 Před 3 lety

      @@Yonitube6 ok waan ofii koo

  • @hayaabdullah2941
    @hayaabdullah2941 Před 3 lety

    Bagaa waqayoon wolitii isiin deebisee dhugaa baayee nama gammachisaa dhumtii keessan. Jalalaa keessa nama sadaffaa aseensisuun dhiibbaa gudaa qaba.

  • @sabontuujalduu3592
    @sabontuujalduu3592 Před 3 lety +3

    Bagaa nagaan dhufte game keenyaa❤

  • @fatma0077
    @fatma0077 Před 3 lety

    Baga waaqayyoo walittii isin deebiisee ammas hamtuu isinirraa haa qabuu dhumnii kessaan haa bareeduu💞👍

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Před rokem

    Bagaa Rabii walitii isinii deebisee nagaa biyyaa Abba keesaniti nagaani rabii isini hagalichuu Ani akka kotii baruumisaa guddaa erraa harggadhe hiriyyaa hammanuni hin ta'uu

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 Před 3 lety

    Baga nagaan dhufutee gamee uuffi obboleessaa koo waaqni jaalala umee walitti issinaa deebbissuu naagaan gaala

  • @hafizamahmud2283
    @hafizamahmud2283 Před 3 lety +1

    rabbin woliti isin hadesuu

  • @Demitu-en7bg
    @Demitu-en7bg Před 23 dny

    Wwwooo wanan baguma walittii debitan nagan galaa❤❤❤❤❤

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen6514 Před 3 lety +1

    Gammwe bagaa na dhuftee namsee huuu obbolleessa koo nagga ta.e kee gammachu nama hundaati

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety +1

      Adanet koottu maatii waliif haataanu qomoo czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 3 lety +1

    Waqayoo nagadhani walini isni yaa gahuu obolesa keenya

  • @jamilkainy762
    @jamilkainy762 Před 3 lety

    uuuuffff malumaa nami kuni wayii Rabbiin walitii issin haa urgesuu obolleewwani kiyaa wayii hiriyaa zabanaa 😰😰😥

  • @adanukebede4100
    @adanukebede4100 Před 3 lety

    Rabbii nagaadhaa wal isaan haa argisisu kan nama tokko giddu kessan akka gale horaa bula

  • @bireeyoutubebireyoutube1705

    Waaqayyo yaada keessan galmaan isin haagauu Nagaan Biyya keessaniti isn haagalchuu rabiin Mucaa keessanis innif haagudisuu waaqnii ❤❤❤❤❤

  • @fozzirukaya2629
    @fozzirukaya2629 Před 3 lety

    Rabbni is wojjin ha jirattu

  • @shukurejimmaayefikirlij8630

    Bagaa Rabbii waaliiti isiin debiisee 😍Nagaan gaala

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety +1

      Shukure koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

  • @asyadhufa2612
    @asyadhufa2612 Před 3 lety

    Bagaa rabbiin wolittiisiin deebise😭😭😭😭😭

  • @mucaatewahdooa104
    @mucaatewahdooa104 Před 3 lety

    waqayo ijjaa nagan isin walii haa dharigisishuu

  • @fairozbano9849
    @fairozbano9849 Před 3 lety

    Rabini. Nagadhaa.walitii.isin.hadeebisuu.lamataa.jechaa.namaa.hin.dhagaahin

  • @lloveyoumomi5066
    @lloveyoumomi5066 Před 3 lety

    Mashallah baay'ee nama tola bagaa woliit deebitaani Alhamdulillah 😍😍ilmaa nama jete jete dhagayuuni hin barbaachiisuu yoomii wly

  • @zawuditu6012
    @zawuditu6012 Před 3 lety

    Bagaa nagaan dhufte gammee kenyaa

  • @simbooshawaa3847
    @simbooshawaa3847 Před 3 lety

    Jalaala keesani ammale yaa baayatu hiriyaa gantuu namarra yaa qabu dhugaani niqal'ati malee Badee hin badu jedhu ati sitti hin murteesitu jireenyi faggenyaa dhugaa jette fudhachu dandeesa hadhaa mana kee kisii dhifama gaafu jalaala duri deebisa dandhamadha waqnis sii yaa qajelchu ishee wali isiin debbiste gudda galaatomi ebbifami waqaayo jireenya kee yaa miidhagsu nama gargaruu calaa kanaa nama gammachisu hin jiru gargarsi kee waaguddadha.

  • @Obsii365
    @Obsii365 Před 3 lety

    Uuuuuuuuuuuffffeee Waaqayyoo nagaan isiin haa galchuu ❤🙏
    Dhumaa keessan haa barechuu ❤🙏

  • @jamilaabdela1306
    @jamilaabdela1306 Před 3 lety

    Rabbiin qamaanis wal isni haa agarsisu

  • @bontuubadhannee5416
    @bontuubadhannee5416 Před 3 lety

    Ati yomuu Wan kan dhisii Kan maati kee jedhuu iyyuu hin dhagahiin Jalalaa keessaa namnii kamuu seenuu qabuu kana barii

  • @hanaginchi6105
    @hanaginchi6105 Před 3 lety

    Bagaa nagaan dhufte Gammee koo

  • @bsspkw9861
    @bsspkw9861 Před 3 lety

    Rabi nagaan wolitti hananesu

  • @kabadakabada4176
    @kabadakabada4176 Před rokem

    🎉congratulations ❤️ bro

  • @urgomengustu6233
    @urgomengustu6233 Před 2 lety

    Bagaa waqaayoo walitii sin Debisee 🙏🙏

  • @laliiwallaggaa5899
    @laliiwallaggaa5899 Před 3 lety

    Baga waaqayyoo waliitti isin deebise walitti isin ha jaallatu ❤❤❤

  • @Habeba-gk5xp
    @Habeba-gk5xp Před 3 lety

    Naga wolitti isiin hananee mucatti isii gidu keessaaniti naga keessaan dubbate rabbiin jz isii hakafaluf nama akkana rabbiin nufa bay'isu

  • @dastaagonfaa4573
    @dastaagonfaa4573 Před 3 lety

    Bagaa rabbiiisingaree 💜💜💜💜💜💜💜💜

  • @garbittirabbiihikmoo7955

    Rabbiin nagayaan isiin haa galchuu

  • @marufbashirii5163
    @marufbashirii5163 Před 3 lety

    Rabbiin walitii isiin haa debisuu

  • @dubaiuae1626
    @dubaiuae1626 Před 3 lety +3

    Hara naa duraa ilaleee🖤🖤💜💜

    • @tamuutube
      @tamuutube Před 3 lety +1

      Ani sadafa ilaalee asumaani kottu mati naaf ta'i sanyii ko

    • @tamuutube
      @tamuutube Před 3 lety +1

      Video kiyyaa ilaalii subscribe godhii

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety +1

      Dubai koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo

  • @alamitube1894
    @alamitube1894 Před 3 lety +1

    Baga nagan dhuftan

  • @ajmjurf4950
    @ajmjurf4950 Před 3 lety

    Hiryaa garii Jirenyaa ilmaa namaa diguu

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 Před 3 lety +1

    Waqayoo tokko si Tasisuu hamayuu Nagani gallaa hamatufi gomatuu giduu kessani Ha basuu

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      Jamiye maatii naf ta,i qomo koo

    • @jamaneshbalay205
      @jamaneshbalay205 Před 3 lety

      Tollee hadhokoo

    • @jamaneshbalay205
      @jamaneshbalay205 Před 3 lety +1

      Garuu Sharani oromoo wari You Tube qabadani wani gagari wani Barusaa nufi tayuu ojedhaa nyataa Adda Adda oromoo Akkasumaa sharanifi tau.u Akkuma sharani Abbashaa isilee siriti ojechu qabaduu

  • @arisasela5837
    @arisasela5837 Před 3 lety

    Rabii walitii sinii yadebisuu waqayyoo

  • @merimamuhammed7344
    @merimamuhammed7344 Před 3 lety

    Well cool 💓💓💓💓💓💓💓

  • @zamiamourity6563
    @zamiamourity6563 Před 3 lety

    Nagaan galaa jalalii keessaan isaa kan duraa akkaa caluu waqayoo walitii sin haa jaalaatuu gommaatuu giduu keessaan haa basuu jalaa giduu keessaantii haa miiyyeessuu

  • @almasalemu5487
    @almasalemu5487 Před 3 lety

    Waqaayoo nagadhan Walitti isiin haa deebiisuu

  • @sinboot9110
    @sinboot9110 Před 3 lety

    Gamee jabadhuu sherii sii tasisee😃😃😃😃😁✋❤❤

  • @sanyiihachaluhundessa3529

    baga.nagan.dhufte.gamee.keenya.❤❤❤❤👌👍

  • @fayiseehayiluu1799
    @fayiseehayiluu1799 Před 3 lety

    Uuuuuuuffffffiiiii.waqayyoo.tokkoo
    .isinii.yaa.godhuu.obolleessaa.koo.naganii.biyyaa.keessanitii.isinii.yaa.debisuu

  • @fedhiikoo6302
    @fedhiikoo6302 Před 3 lety

    Rabbii Naga.aan issin haa galchuu

  • @obseenegaayesus1713
    @obseenegaayesus1713 Před 3 lety

    Wwwwwwwwwwwwww Baga waqayyo isin haa gargaree ishoo Baga walitti araramtanii milka'a ebbifama
    Ayii yaa nama ????????

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 Před 3 lety +1

    Wel come gamme💞💐anna tokkofa ilale see🤭homma hin jedhu garru 5ffa ilalera😁

  • @shumaorotubbe9234
    @shumaorotubbe9234 Před 3 lety

    Rabbi Naga wolti isin haa debisu

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety

      Sophontu koottu maatii naaf ta.i sanyi czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

  • @sifentadese3708
    @sifentadese3708 Před 3 lety

    Waqayyo dhugaa walti isin adebisuu

  • @medinamedina7239
    @medinamedina7239 Před 3 lety

    Bagaa rabbin walitti hisin debise

  • @obseobsee1997
    @obseobsee1997 Před 3 lety +1

    Uuuuuffff bagaa waqqayyo waaliti sin debisee nagaani galaa garaa biyya keesani

  • @obseekasuu6140
    @obseekasuu6140 Před 3 lety

    Wwwww bagaa nagaan dhuftee

  • @tamuutube
    @tamuutube Před 3 lety

    Welcome bg ngh dhufte jabbaadhuu

  • @oromtiitijiimmaa7246
    @oromtiitijiimmaa7246 Před 3 lety

    Rabiin nagan woliti isinhadeebiisu

  • @mobmob1168
    @mobmob1168 Před 3 lety

    Bagaa Rabbiin walitii isin debisee❤❤❤🌷

  • @shukurejimmaayefikirlij8630

    Anaa Dhufuu Gammee ☕😍

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 3 lety

    Yaa sabaa wayee hitiyaa kun badaa'uma ulfaata dhugaa baga sheexanni giddu kesssani badee namati tola milkaa'a intalli sunis yaa galatoomtu

  • @obsewallagga6957
    @obsewallagga6957 Před 3 lety +2

    Nagaan waaliti isin haa debisu hiriya gantudha kun 😢😢

  • @janejanejane2433
    @janejanejane2433 Před 3 lety

    Waqqaayyoo tokkoo isaan haa,taasuu🤲🤲🙏🙏

  • @Ummurudwaan
    @Ummurudwaan Před 3 lety +1

    Wel come

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 3 lety +1

    Uuuuuufffffff hiriyaa akkana waqayoo namafi hin kanini maloo uuuuuufff

  • @muneraahmed9967
    @muneraahmed9967 Před 3 lety

    Rabin yadaf murada kesan isif haa godhu

  • @hallimaamohammed6291
    @hallimaamohammed6291 Před 3 lety

    Aban sirbaa kanaa naff himaa 😭😭😭

  • @aminajimma5497
    @aminajimma5497 Před 3 lety

    Rabin Nagan woltii isin hadebisuu

  • @urjiisanyiihaceehundesa7903

    Uuuufffffff senna gara nama nyatuu waqayyoo walitii sin haa debisuu hadhoo koo hamma gidduu kesan galuu barbaduu waqayyoo gidduu kesanii haa ruukkutuu

  • @bachobacho2738
    @bachobacho2738 Před 3 lety

    Ayiii Nagan gala😚😚😚

  • @boontuushawwaa9674
    @boontuushawwaa9674 Před 3 lety

    Waqayyoon ija nagaa wal isiin agarsisuu

  • @alama3212
    @alama3212 Před 3 lety

    Raabbii ija nagaa waliti sina deebisuu

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen6514 Před 3 lety

    Waaqayyoo nagga isaa wali haa argisu obbolleessa koo nama obsee bakka yaade immo gahaa

  • @garbittirabbiihikmoo7955

    Well come gammee

  • @fayizailiyasomntube6977

    Uuuuffff bagaa rabbii woliitti isiini deebisee
    Ammaasii wolii jabeefadha oduu nama hin fudhiina jechuf ammaa atu barteerta lamuu hin dogoggortu
    Ani mucaayo lakkofsaa ishee barbaade futee sani dinqisiifadhee atis ishee galaatomfadhuu
    Akkaa milkoftan Abdii qaba

  • @caaltuulijtewaahidoo9452

    Uuuuuffffff wanii jalalaa kunii bayee jabataa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508

    Welcome Gammee Sabbona Oromoo 💗💚💗

    • @tamuutube
      @tamuutube Před 3 lety

      Hundaa kottu video ko ilaalii subscribe naaf godhi

    • @Ummurudwaan
      @Ummurudwaan Před 3 lety

      Hundda koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo czcams.com/video/2cAcUItIBMI/video.html

    • @hunddahammatukoooromiyaa6508
      @hunddahammatukoooromiyaa6508 Před 3 lety

      @@Ummurudwaan Ok

  • @uae4316
    @uae4316 Před 3 lety

    uuuufffff, baga, rabi, waliti, isin, debisa, nagan, galgala, gaa

  • @rahimaa4228
    @rahimaa4228 Před 3 lety +1

    Gaffi qabaa dhagefatotaa oromia 24 hordoftotaa oromia 24 keessaa KIRKIRAA JAALALAA kana jedhamu tokko esati badee lataa? Yoo jiratee calidhiftee kottu yadda gari waan namaaf gumachituu comentin hin badin kirkiraa jaalala 💗

    • @shukurejimmaayefikirlij8630
      @shukurejimmaayefikirlij8630 Před 3 lety

      Dhugaadha wallhii Ani Bayy,een jaaladha😁

    • @hayyatiwallagga9337
      @hayyatiwallagga9337 Před 3 lety

      Dhugga ketti wlh anis akumma kee yerro bayye komenti iratti arge hin bekku turera kkkk 🤣🤣🤣hin barbadana lakofssa she nuff haa latani warri bekan🤦🏻‍♀️

  • @xayiba12kasimiikasimii46

    Bagaa gamadee amasii rabin isinii haa gamachisuuu