Yeroo Jaalalaa 2 9 2012

Sdílet
Vložit

Komentáře • 361

  • @Oromo24
    @Oromo24 Před 4 lety +20

    Gurbani gowomssaadha malee jalalaa dhugaa kessaa mattini itti gafatammuma homattu hin qabuu.
    Garuu isheeni onnee qulqullu dhani jalachunii ishee bayyee nama garra nyataa.

  • @demissiagulti763
    @demissiagulti763 Před 4 lety +80

    Yaa Obboleetti koo waan tokkon sitti hima sitti himuu jaalallen kee sisobeera sigowwomseera jaarra 21ffaa keessa jirra maatiin isaa fedhii isaa dhorkanii fedhee ofii guuttatu jechuun hin danda’amu kan murteeffatu immo abbaadha ya mucatti atillee osoo hin qoratiin itti seente gara fuunduraatti barumsa dubartootaaf ta’aa jajjabaadhu dhiirri biraa jira kan inni simadeessee deeme kan si wal’aanu hin argatta kan duraa dagadhu akka nama du’eeti.isaa dhiirri isaa malee hin jiruu jette qeerro baayyetu jira bareedinaanis beekumsaan jennan kan har’aa boosse kana of taajabda waahundaafuu jabaadhu

    • @demissiagulti763
      @demissiagulti763 Před 4 lety +2

      Mee warri OBN bilbila keessan haala kamiin argana gaazexeessituun kun nuuf bilbila beellama qabsiifadhaa jette jirtii garuu namoon biyya keessaf alaa isin hordofan haala kamiin bilbila keessa argachuu dandeenya kan biraa immoo namoota biyya alaa jiran haala kamiin keessummessu dandeessu please? deebii keessan yeroo gabaabaatti nin eeggadha please thank you galatooma.

    • @waqayobekadha9044
      @waqayobekadha9044 Před 4 lety +1

      Sirrdhaa

    • @hanoomanoo7517
      @hanoomanoo7517 Před 4 lety +1

      Demissia Gulti dhugaa keeti kodee

    • @zahrasultan4746
      @zahrasultan4746 Před 3 lety +1

      Dhuga ketii sabona

    • @ranaahmed8155
      @ranaahmed8155 Před 3 lety +1

      Dhugaa

  • @burtee649
    @burtee649 Před 4 lety +17

    Yaa Obboleetti koo dhisii jiruu kee jiraadhu hirree harka waaqayyoo jiraati osoo mucaa nama gaarii tahee silaa dursee sitti himaa turee otoo jaalala keessa si ingalchii ,, dhiirra birri malee jaalalii dhugaa inbarbadu kanaaf ofii kee in miidhiin yeroo akka kanaati booyuu enyuu akkaa miidhaa jirtuu barii ofumaa keeti kanaaf Sammuu keetu himii ofii amansiisii irraa dhabaadhu keessa keeti Bolck godhii silkii isaas ofii irra bolck godhee sobduu waatti mucichii

  • @nimonagareda118
    @nimonagareda118 Před 4 lety +6

    Baayyeen jaaladhe jedhi malee innis baayyee najaalata hin jedhiin

  • @Salma-kf3vb
    @Salma-kf3vb Před 6 hodinami

    Uuuuuufffff sii gawommsee maallee jalallaa dhuggaa siifi hin qabu. Attiillee ittii arrffattee mallee sii gaawommisu hin qabu. Hommaa mittii jabbadhu rabbii kee kadhadhu.

  • @urjiicamada9941
    @urjiicamada9941 Před 4 lety +10

    Dhirrii gize Ammaa jalaala dhuga hin beku birrii barbada yaa hadhoko hin boyiini kan ganama rabbiin sif qodee hin dhabadu iheren nama rabbiin harkka

  • @nurryy2363
    @nurryy2363 Před 4 lety +2

    JAALALA JECHUUN:
    ♡ Miira eenyummaa irraa bilisa taheen
    waliif yaaduu
    ♡ Filannoo loogummaa irraa fagaateen
    wal filachuu,
    ♡ Murteessummaa qalbii sardamaa
    irraa fagaachuu
    ♡ Gargaarsa bu'aan keessaa hin jirre
    waliif kennuu
    ♡ Soba, fakkeessuu, akkeessuufi cubbuu
    irraa fagaachuu
    ♡ Rakkoo, gadda, dhiphina, gammachuu fi haaloota jireenyaa mara keessatti waliif yaaduu, wal gargaaruu fi wal utubuu dha.
    Jaalala FAYYAA TAHE

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 Před 4 lety +1

    Uuuuufffff yaa jaalala
    Rabbiin obsa siif haa kennu Habiibatii abshiir😢❤
    Garuu inni dhiira ta'ee akkanatti si dhiisee deemuun jaalalli isaa rakkoo akka qabu garsiisa Obboleettii.ati Obsa godhadhu😢
    Durumaanuu nama duraa fi duuba isaa hin beekneef onnee tee humnaa ol banuun dogongora. Rabbiin isa si jaalatu,kan atis isa kana irratti irraaffattu siif haa laatu❤😢
    Kalas waa'ee isaa irraaffachuuf yaali.jaalala biraa jalqabi Oktii👌

  • @bashbash1741
    @bashbash1741 Před 4 lety +1

    Hayii Rabbii kaa dhugaan Si jalaatee onnee kee sif fayyisuu sif haa kennuu gowwaadha innii haadhaa ofii amansisee taa ofii filaatee fudhuu danda'aa hojiin dhiraa Kanumaa

  • @tadalutadalu8715
    @tadalutadalu8715 Před 4 lety +10

    Uuuuufff jalala dhugaa eyyen dhugaadha in duraiyyu soba sin hin jalalne osoo dura wadda hadhaa isaa beeku maliif si dogorse ati hin goyomiin si gahe bilbila isaa ofii irra cufii jalala haaraa jalqabii kode ❤❤❤

  • @fedilanursdin
    @fedilanursdin Před 2 měsíci

    sitti haa hafu jalali saa dhisi gonkuma rabbi sif jira jalqabuma bala gize si jalate sila inni akka godhe godhe rabbi abba warra bareda sif haa kennu

  • @rsawwss6561
    @rsawwss6561 Před 4 lety +1

    Rabbi Jalaala dhugaa uumee si haa jabeessuu

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema1394 Před 4 lety

    Rabbii keessakee qaabaanaa jalaala siraa eriguu akksumasii namaa dhugaa siijaslatuu sifakenuu 💕💕💕💕💕💕 heart breaking

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 Před 4 lety +1

    Mucaan sobdudha dhisii ati jiruu kee jiraadhu.otoo nama gaarii ta'e otoo ati jaalala keessaa hin seeniin dhugaa jiru sitti hima ture.

  • @welega2624
    @welega2624 Před 4 lety +3

    Muu dhirri yeroo ammaa jalallaa ija malee jalallaa onnee irraa hin qabu kanafii hin soba inni hin gowwaamini

  • @nourm8439
    @nourm8439 Před 4 lety

    الله

  • @foozifoozikeroo4458
    @foozifoozikeroo4458 Před 4 lety +2

    Homma mitti itti hin yaddinn rabbi jiraa jabadhuu atti jalalaa soba hin qabatinifi malee siffi homma mittii inuu kann in jalatee moo kanni matituu caalafii inuu jalalaa dhugaa sifii hin qabu atti jabadhuu homma 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hayatlove5077
    @hayatlove5077 Před 4 lety

    Rabin kan ofi jalate sif ha kenu ❤😭

  • @mayyutube6906
    @mayyutube6906 Před 3 lety +1

    Dubartiin miskiina ittin taphatinaa rabbi sodaadhaa dubartiin garaan isaanii qulqulluudha 😭😭😭

  • @biftuuoromoo4522
    @biftuuoromoo4522 Před 4 lety +13

    Dhiraa amanunii hin ulfataa yeroo amaa kana garuu osoo sii jalatee adhaa issaa amsisuu dandaa turee hinu sobuu dandaa

    • @demissiagulti763
      @demissiagulti763 Před 4 lety +1

      Biftuu Oromoo bayye nama gaddisiifti garuu dhiirri hunduu tokko miti dubarris kan dhiira miidhan jiruu bari

    • @margiinegnmargiinegn2468
      @margiinegnmargiinegn2468 Před 4 lety

      Dhugaa ketti👍

    • @wabiidagagaa2584
      @wabiidagagaa2584 Před 3 lety

      Kan baraanaa Adduumaa matii naf ta,aamee sanyii waankoo

    • @wabiidagagaa2584
      @wabiidagagaa2584 Před 3 lety

      Hin soba Jalallee kadhiimaatee qabaa malee Akkamii ttii Kan waarii fiileef fudhaa ergaa waarrii Isaa dubaartii qoopheesaniifi maliif ishee kanaa jalaatee ree moo isheetuu jalaala isii qaabsiisee Akkaa inii ishee jalaatuu taasiissee maaltuu bekkaa dhuugaa Essaa jirtaa

  • @oromookoo8615
    @oromookoo8615 Před 4 lety +5

    Jalallaa, kana, dhugaa❤️❤️❤️❤️

  • @androiduser6395
    @androiduser6395 Před 4 lety

    Hoomaamitti obooleettikoo wantti akkana kunii anas na muudateera dhiirrii sobduudha garuu hunda mitti kankee waaqayyoo siif ka.heera jabaadhuu❤❤❤❤❤

  • @oromiyaabiyyakoo9622
    @oromiyaabiyyakoo9622 Před 4 lety

    Kun afaan ishee soba malee jalalaa dhugaa ishiif hin qabu osoo dhugaa jalate yommiyyuu hin gaatu kanafuu ati garaa kee kutadhuu kan isaa caalaa jalatuu siif yaa kenu rabbii

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc Před měsícem

    Habibtii koo waqaayoo sajabesuu baraa kanaa dhraa jalaala bekuu otoo tadhe aks si godhu turee jalaala dhugaaf bakaa gudatuu malaa turee takaa takaa dhugaa ani ta,ee yoon ilaalu qofaa jirachuu fedha hini ulfaata malumaafu obsa obsa amsa obsa sifa kenuu waqaayo mee asumaan matii walifaa tanu ormoo koo❤❤❤

  • @bekandebeleta2947
    @bekandebeleta2947 Před 4 lety

    Inni jaalala hin beeku .ati garuu beektuu dhugaati ,otoo nama akkakeetii kanaa argatanii maaluma qabaa .
    Animmoo baayyeen si jaalladhe umurii dheeraa jiraadhu .dhugumaan ati nama jaalala beekudha

  • @siifaantashoma2773
    @siifaantashoma2773 Před 3 lety

    Kuuni sobaa jalaqabuma yeroof sii barbdee siif rabbi jiraa homa hin yaadani

  • @rashgd3177
    @rashgd3177 Před 4 lety

    Namanii akka ke mudano qabu hedutu jiraa rabbii kani isa caluu sifi ha kenu dhiiri heduu kijiduu samuu itii yadani hin qabanii samuu furii itii batanii male . 🖤🖤🖤🖤🖤

  • @adanechkebede4060
    @adanechkebede4060 Před 4 lety +5

    ini dura wada hadha osoo hin ta.in duruma fudhe jira dhiri ni soba fedha foon bahuf maale

  • @buzuneshshebo9233
    @buzuneshshebo9233 Před 4 lety +7

    Dhiisi Abboo Dhugaa Maal Ishee Bossaa yaada Isaatii
    Nama Jalaataniin Adda Bahuun Ulfaataa Ta'uu Danda'a
    Hundafuu Bo'uun Hin Barbaachisuu Hin Goyyomiin

  • @kingtajtube6255
    @kingtajtube6255 Před 4 lety

    Amshir obbooletii koo rabbiin siffi haa qoduu wan atii jaalatee irraa daaqiqaa fi sakeendii takkaa waqaayyoon addan issin hin baasiin

  • @samerraamera2213
    @samerraamera2213 Před 4 lety +2

    Dhiri hin soba ati obsi lubbu too Raabbii jira sifi 💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭

  • @wabikenakenaa4220
    @wabikenakenaa4220 Před 4 lety

    Bay'ee sii sobee obboleeti koo uuuufffff obosii jalali gowwa nama gotii kanfi kun darbbe kan dhufufi ofi eganoo godhii anii lee senaa akka kee naa qunnamee uuuuuuuuufffff Mali godhuu rabiiti hafaani dhisuudha gudda galtomaa I love you so much

  • @dinaolofficial1458
    @dinaolofficial1458 Před 3 lety

    Jaalala dhugaa sin wal jaallattanii turtan baayyeen ajaa'ibsiifadha.jaalala keessanirraa barnoota guddaan baradhe,akkasumallee maatiin ijoolleen isaanii jaalala sirrii akka argatan yoo barbaadan fedha daa'ima isaanii eeguu qabu!!!!

  • @maithzraper2202
    @maithzraper2202 Před 4 lety

    Dhugaa wqa sii sobe giifti koo ati jabaadhu mirga yeroo kana hunduu balballi gammachu tokko yoo cufame kan biro ni banama namni midhama dhabe ille jiruu uffff😢😭😭😭

  • @firiioromo3556
    @firiioromo3556 Před 4 lety

    Hayii gowwuma kee jalqabuma yeroo gafii jalaala siif dhiyessuu san wa'e isaa fi mati isaa akkasumas yeroodhumaf sitt fayyadamuf moo ga'eela sii wajjin ijarachuuf akka ta'e gafaachuu qabdaa turtee .inni sii sobe malee yeroo amma dhiraa dhisi dubartinuu kan ofii jalatte malee kan jalateefitti hin heruumtu kana midiyaaratti dubbachun Lee gowwuma kee muuli'isaa

  • @obsinankebebe6567
    @obsinankebebe6567 Před 3 lety +3

    Elaa obbolettii kiyya, Dhugaa dubbachuudhaaf namni kun waadaa haadha isaa sodaate kana godhe osoo ta'ee jalqaba gaafa siin walbaru sitti hima ture. namni kun yaada gurguddaa kana lamaaniin ala hin ba'u. 1ffaa, namni kun amala gowwomsuutiin akka ati baay'ee isa jaalattu waan argeef caalatti si ceepha'uuf 2ffaa, yoon intalli inni fuudhe sun akka inni barbaade taateef siin si dagachuuf ture. erga si jaalatee maaliif haadha isaatti himee haadha isaa waadaa sana akka haaromsituuf hin goone? kanaaf ati nama jaalala dhugaa of keessaa qabdu waan taateef nan gatama jettee hin yaadda'in.
    Waan tokko qofan si gorsuu barbaada, innis nama sana nama naannoo isaa jiru akka bartuuf carraaqi. yoo namni sun jireenya walii galtee fi gammmachiisaa jiraachaa jira ta'e namni kun sobduu dha. yoo nmani kun yoo mana isaatti gammadaa hin jiru ta'ee dhuguma waadaa haadhaa kabajuuf akka si miidhe hubadhuutii akka hin miidhamneef of amansiisi. murtoo kees kabaji. jaalalaaf ceepha'amte jaalalichi si wal'aana.

  • @sabontuarsiiarsii2843
    @sabontuarsiiarsii2843 Před 4 lety +2

    Jalalali yero amma esa jira hin soba dhiri

  • @obseed4592
    @obseed4592 Před 4 lety +1

    Ani akka kooti obboletii koo yeroo kee hin gubin dhisii durasi sii jalate osoo tanee fedhii isaa qofaa siraa gutachu barbadaa malee kun sif ta, uu dhisii yeroo duraa sii gaafatu sanii waada harmee isaa hin dagate

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 Před 4 lety +1

    seenaan ishee baayyee nama gaddisissa! Dhugaa tokko garu waan sin jedhuu duraandursee yeroo ofiif kenii isaa booda gara mata keetii deebi"i sanaa booda kan kee kan ta"e Gooftaan si dhumee sun kan kee isa si jalatuu sif keena kanaaf obsii hin bohiin toole.Dhumaa irrati kan sif himu baga si dhisee . Waaqqayyoo kan boorii kee beeka waan ta"ef isa inni boori si qophessuuf laphee kee qopheefadhuu kanumaa.Isati garu hin deebi"in sif hin amanamuu waan ta"ef.Jechaa kee keessa garu kan jibbee jalalii yeroof kan jedhamuu hin jiru

  • @abbaagalcha2791
    @abbaagalcha2791 Před 4 lety +4

    Gazeexessituun (Qopheessituun) qophii baayyee bareeddi!

  • @halimaadhami1638
    @halimaadhami1638 Před 4 lety +8

    Sittis murtessun rakkisadha jalalti himate hin dhufu waan taef obsii kanan alatti furmata hin qabdu osoo jalala dhugaa sif qabate bolla bua siwoliin

  • @jalaanegirmaa8300
    @jalaanegirmaa8300 Před rokem

    Yeroo tokko tokkoo rakkisadha waan maatin jedhanisi fudhachuunsi sababiin isaa kan atii jalatee maatin kee siif hin jalatan kan maatin kee siif jalatan atii hin jalanee yoo ta'e kunii midhadha osoo kan atii jalatee filate haati kee ykn abban kee siif jalachu qabu 😘malee kan haati kee jaladhu siin jetee fedhii kee malee yoo jalatee midhaa qabachuu dandaa isaa fulaa duratifi kanafii barumsaa nuuf ta'a jedheen yaada nama tokko osoo hin qoratin malumaa hadhaa fi abbaa isaa malumaa isaa osoo hin bekkiin jalachuun midhaa akka qabuu baranee jiraa ishee kanaraa faxochee🥺🥺🥺

  • @dibabafita7643
    @dibabafita7643 Před 4 lety +17

    Mucoon tu jaalatee, yaa ta'uu malee gooyomteeti!maaliif akka ta'ee beekta.yaada jireenya kee jeeqa malee dhimma takka sif hin qabu.sitti ni fakkata malee kun hiccitii jaalalaa osoo hin tane fedhii isaaf si barbadee yoo jete dogoggoraa miti.ati moo dhugaa qabda garuu jaalallii amalota inni sif oolerraa amala adda qaba.

    • @jirraEntertainment430
      @jirraEntertainment430 Před 4 lety

      Dibaba Fita
      Diraamaa kolfaa kana itti bohaaraa 😂😂😂
      Asumaan subscribe nuuf godhaa
      czcams.com/video/kAKdOUYIvdo/video.html

  • @asteraster3890
    @asteraster3890 Před 4 lety +3

    Uuuuuuuuifffffff, waqayoo haa murtesuuu waqayoof dhiisiii meee!!!!!

  • @leensaadamee8100
    @leensaadamee8100 Před 4 lety +1

    Dhugaa dubbachuuf wanti ishee irraatti rawwatte nama gaddisiisa
    Gurbaan gonkumaa hin jaalattuu
    Osoo jaalattee hin miidhuu ture
    Waanta nama gaddisiisuu moo naa jaalatta jetti ammaa
    Garaan dhiira qileedha ammaa kan darbee darbee akkaa nama duu'eti dagaadhuu jireenya kee jiraadhuu waadaa haadha kan jedhuu moo soba
    Garaa koo na gubee gurbaan osoo argee gadiin galabaxxaa😕
    Ayii dubarti naa jaalatta na waliin jireenya ijarrachuu hin barbaadu jetti hin qanfaattu😕haadha isa haasoofsisee xumuruu hin danda'a osoo dhugaa ta'e maalii haadhattu waajjin jiraataf obbolleetti koo hin sobamin
    Jaalallaa jalqaba jennan na maratee gurbaan haattuudhas sobduudha

  • @user-ny3nl7xp8j
    @user-ny3nl7xp8j Před 3 lety +1

    ❤❤❤❤😭😭

  • @naeemme4112
    @naeemme4112 Před 4 lety +2

    Homa mitti dhirti ZAAmana akkanuma rabbin kaa ofi jalaate siif haa kennu

  • @bassaashano6725
    @bassaashano6725 Před 4 lety +2

    Uuuuuuuuffffffffffffffff.obbollee.tii.koo.namati.rabbii.obsaa.sifi.keenee.Jabini.dhugaa.dubachuufii.hin.ulfataa.😭😭😭😭😫😭😭😭😫😫😫

  • @maranaataiyesuusmaranaatai8016

    Hin sobaa dhugaa kan ofirraa dhiisi yaa obboleettii ko rabbi saa jabeessuu giftiikoo

  • @Gandummaadhiisaa
    @Gandummaadhiisaa Před 4 lety +1

    Dhugaa dubbachuuf taanaan baa,ee nama gaddisiisa
    😭😭😭😭😭😭😭
    Hiree gaarii siif hawwina

  • @rahmakamal5974
    @rahmakamal5974 Před 4 lety

    Yaa rabii kuni Bala gudaadhaa nu basi

  • @user-wg5gq7pq6i
    @user-wg5gq7pq6i Před 4 lety

    Shammarran maaf laphee lattanif dhira dhirri badi hin qabu daftanit lafa dhooftu dhiiraf calistani hin tessani dammi taa,ef dubarttin tesse hin badu jedha orommoon yeroo mammaaku abeet yaa rabbi nu baraari

  • @qamararsii9396
    @qamararsii9396 Před 4 lety +1

    Imaa amaanamtuu garruu mooneet tanaa garruu nih jalaadhaallee

  • @alemayehukefiyalew7405
    @alemayehukefiyalew7405 Před 4 lety +1

    Nama dhiba yaa jarana . Imimmaantuu na qaba. Moonet garaa akkasii baattaayi wal-argina obsi

  • @urjiiabdii6779
    @urjiiabdii6779 Před 4 lety +1

    Sobaa is atii atii obsii obbetii tiyaa

  • @abdualazizgebi7508
    @abdualazizgebi7508 Před 4 lety +2

    MOON

  • @user-qo8ss8mi6w
    @user-qo8ss8mi6w Před 3 lety

    Hin sobaa yeroo amaa kanaa matin giddiin namaa fusissaan jireenyaa mataakee jirdhuu obbooleetikoo kaan rabbii si kayee hin dhabduu

  • @ayeshaoromoo7670
    @ayeshaoromoo7670 Před 4 lety

    😭😭😭😭😭😭😭way bada jalala tana uuuuuuffff anis akattii jalalan midhame jira aaaah sena jalala

  • @guyokalicha2454
    @guyokalicha2454 Před 2 lety

    Waw kanadha jalaali

  • @roomaaziiahmednur4021
    @roomaaziiahmednur4021 Před 3 lety

    Yaa one jaalala 😭

  • @noorhamddihammdicombalyiig8

    Uuuuuuufffffffffffffff wahee koo fana wali fakataa

  • @yesuusqofaadhaaabbaandhuga3619

    Wayyoo yaa jaalalaa 😢😢

  • @teferidiriba3430
    @teferidiriba3430 Před 3 lety

    Dhugumaa wahee jalalaa murttessun bayyee nama dhibaa jallalli hojjidhaan agarsifama afaan duwaa mitti; hatahuu malee dhiroonni yeroo bayyee nama akka malee rakkisuu malee akka malee jalatuu simachuratti rakkinni jira dhamsi ani dubarotaf qabu dhirotatti keessuma hamaa gahilaa issani dhabatanitti yeroo dhorkachu qabu yeroo murtahee qofa wal arguu otuma qaqabduu bizi tahuu .sutasuta jalala kennuu lamata imoo namni jalalarratti

  • @maranaataiyesuusmaranaatai8016

    Hin sobaa durumaa jaalala dhugaa sin jallanee .xiriigii haa jedhuu itti dhisii hadhaa tokkoo jala sagal .

  • @makiioro5993
    @makiioro5993 Před 3 lety

    Yaa jiruu Jaalaala 😭

  • @elsewherehussen1751
    @elsewherehussen1751 Před 4 lety

    Dhisi obbsi Rabbii siha jabesu

  • @zedtube6887
    @zedtube6887 Před 3 lety

    Uuuuuuuuffff obaletii koo Abishirii ishii siifisi Rabii jiraa seenaa kee senaa koo wajini tokoo dha

  • @user-cs6ys1ts1c
    @user-cs6ys1ts1c Před rokem

    Macaafa ermiiyaas boqonnaa 29;11.dubbisii waaqayyo jajjaabina siif haa keennu.

  • @kidisti8089
    @kidisti8089 Před 11 měsíci

    😭😭😭😭😭😭obsii mee koodee Rabii obsa Sifi yaa keenuu koodee koo Jalaa dhugaa 😭😭❤❤

  • @amadinibinumamazen4728

    😍😍😘

  • @imaanhasan4194
    @imaanhasan4194 Před 4 lety

    Hojii kee nyadhuu mucaa sanii
    Oboletii tiyyaa rabbiin jajabinaa si haa kenuu

  • @meseretdiribaagalate3876
    @meseretdiribaagalate3876 Před 4 lety +2

    Obsii sanyii too jaalladhuu dhugaa raabii

  • @hinqaalatimaleedhugaahinci1113

    Dhugaa naa bochistee uufff waaqayyoon obsaa Siif haa kennuu Durumaa Sii barbaaduu in Soba Duraa Akkati Sii maraachee Sii Dhisee

  • @kafalekissi8657
    @kafalekissi8657 Před 4 lety

    Waaaaaw jaalalaaf safuudha!!!!

  • @urjiiabdii6779
    @urjiiabdii6779 Před 4 lety +1

    Akaa waaddaa hadhaa qabuu malifii Jaalalaa si si sesi

  • @noorroba7880
    @noorroba7880 Před 4 lety

    Maaliif maati keessan lachu hin mari siifnee iddo midhamtaani hamma inni jire nyasa jirachaa jiraati ati gowwaatatee hin bo'iin jirenya kee jiraadhuu issa hiraan fadhuutii

  • @sabileegiymaa1614
    @sabileegiymaa1614 Před 2 lety

    ❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭☝️☝️

  • @suhagorfa9245
    @suhagorfa9245 Před 3 lety

    Waw jirradha

  • @iloveyouwhkcfc4306
    @iloveyouwhkcfc4306 Před 4 lety

    😍

  • @biniyambersisa3501
    @biniyambersisa3501 Před 2 lety

    love love loveeeeee kkk hhhhh kkk hhh kkk hhh kkk

  • @kennaadurbeemaariyaamtubee8083

    uuuuffff😭😭😭😭😭😭

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 4 lety

    Jalalifi ani hin bouwuu kafuu jalalifi hin boyinaa maloo

  • @SaraSara-yy9jo
    @SaraSara-yy9jo Před 3 lety

    😭😭😭😭😭😭💔

  • @caaltuwaayyu7079
    @caaltuwaayyu7079 Před 4 lety +2

    Wayi jalala anis mudo akkanan qaba😭😭😭😭😭ati maaf bossa amma yooka kan isaa caalu argata isaaf waaqayyo hojisa haalatufi

  • @shimalisfikadu7087
    @shimalisfikadu7087 Před 4 lety +1

    Dhugaa.jalalii.dhugaa.inumaa.nama.boochisaa

  • @hbabohababo2649
    @hbabohababo2649 Před 4 lety

    Hin boyin dhiisii hadhoko Homamitii atii dhugan jalate inii garuu sobadhaa Malifii oso dhuguma sidhabu hinfedhu. Ta'ee hadhasa Amansisu hin danda'aam

  • @urjiiamboo9882
    @urjiiamboo9882 Před 4 lety

    Obsi kodekoo Akka garanii namaa godheen hin ta.anii tiiruu koo bagaa jalalaa dhugaa isafii keniitee Atii rabiiraa argataa

  • @nadifo4810
    @nadifo4810 Před 4 lety

    Jalala sobaa

  • @tayirharuu2124
    @tayirharuu2124 Před 3 lety

    Uuuuuufffff Jalallaa dhugaa kana

  • @boonikiyyaa2926
    @boonikiyyaa2926 Před 4 lety +1

    Wanti nama boochisu waan baay,etu jira dhiiraaf jette hin booyiin abboo

  • @hayatlelo8954
    @hayatlelo8954 Před 4 lety

    Dhugaa bay.ee namaa gadisisaa dhugaa waqayoo

  • @rediwanjemal4563
    @rediwanjemal4563 Před 4 lety +2

    She is really extremely innocent and fool! Heartbreaking

  • @unikh9837
    @unikh9837 Před 2 lety

    😢😢😢😭😭😭😭

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 Před 3 lety

    Jirraa dhugaan sihaabulfatu. Hortee ilmaan sabaa dhiigakoo!!jibba jaalala fitokkummaa hidhii !!!!deesseekoo Moonet Beeksiisaa ogeettii ijaafi gurra obn dhiiga sagalee ijaafi gurra ummataatii #freeBaqqalaa garbaa #freegammachuu hojiifi yaadaa kophaa ti malee ummataaf dursinee of keennaa!!!!

  • @leparadisdesjeuxtheparadis8402

    uuufffeeee jalal kana dhuga ni hulfata goftan si yaa jabesu oboleti koo goftan sifis yada gari qaba obsi sifis abbdin jira

  • @rahmakamal5974
    @rahmakamal5974 Před 4 lety

    Yaa Cara shamarani

  • @hiwotshimelis5260
    @hiwotshimelis5260 Před 4 lety

    Ayizosh obbolleti koo waqqayyon sababa qaba hin boyin kaan Isaa caaluu sii kena garuu lubbun ke qulqulu haa tauu yeroo hundaa

  • @seenaasanyiihaacee3777
    @seenaasanyiihaacee3777 Před 4 lety +7

    Ayii dhiraa👣👣👎👎👊😭

  • @bbkm1108
    @bbkm1108 Před 4 lety

    Ayii yaa ilamaa dhiraa hojii kesanii gifti ko sirtii bo.ii yosana kesaa keti sif ba.aa

  • @kaffarnicell2948
    @kaffarnicell2948 Před 3 lety

    Maali waanti akkana dhugaraa waan fagatee fakkata.
    Jalalii mo'aatadhaa yoomuu