Game taphaachun guuyyaatti haga qarshii 650 | how to earn money online 2024
Vložit
- čas přidán 25. 03. 2024
- application buufachuuf link kana tuqaa
App link: prizes.gamee.com/get/ql2phffu
Channel keenya jalatti barnoota hojii online fi Barnoota Technology garaagaraa argattu.
Namoonni yaadaa fi gaffii qabdan comment jalatti naaf barreessuun gaafachuu dandeessu.
Akkasumallee Channel kana jalatti barumsa kanaa gadii argachuu dandeessu
Video Editing 📹
Photo Editing 📸
Online work hojii online (💰)
Barnoota social media
Application uumuu (create application)
Karaa telegram na hordofuuf link kana tuquun koottaa
telegram channel 👉 t.me/Oro_tech_center - Věda a technologie
Galatoomi akkatti hojjennus nuuf hojjedhukaa maaloo
Thanky you bro
Hojjedhu payibal
❤❤❤❤❤❤
Nuuf hojadhu maaloo akkamitti akka bafanu
❤
Hi kiyyaa tech barnoota guddo wan nuf kenitef galatomi sin jecha applicatina kana banadhe itti fayyadamutin jira kan gaaffii cima natti tae paypal karaa salphan banadhe maallaqa kara accounti banki kiyyati ergadha jechutu yaada natti tae me akkuman paypal karaa salphan fayyadamu furmaata tokko naf kai obbolessa kiyya
Ok isas video isaa nan hojjedha dhiifama gidduu kana xiqqoo busy ta'ee kanaaf video hojjechuu dhiise
Hayye hojadhu
Nuuf hojjedhukaa
PayPal Irraa gara Bankitti Akka dabarsinu nuuf hojjadhu
Papal akkamiitii banadha
Hojjedhu
Akkamitti papal. Bananna
Akkamittii banatan
Next part 2
Akkata Paypal itin banatan please naf ibsii brother
Akkamittin maallaqa irraa Sana baasnaa?
Kan Koo veryf kan hin qabu
Ni qaba irra deebi'ii check godhi
Anaaf banamu dide nabanuun hin danda'amaa
Maaltu si dide?
Tole
PayPal ni hojeedhu
❤❤
Ok ❤️ 😍