Karaa Itti online irraa maallaqa guddaa argattan | How to earn money from Star-Clicks

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • Video Kana keessatti akkaataa Star-clicks itti eegaltan jalqabaa kaasee haga xumuraatti isiniif ibseen jira.
    Akkaataa Bank account itti guuttan, akkaataa task itti hojjettan, akkaataa irraa baafattan hunda isaa isiniif kaa'een jira haga xumuraatti daawwadhaa
    Site link :- www.star-clicks...
    Referral ID Code = 52562340
    In this video I will show you how to earn money from Star-clicks and how to add your bank account and how to withdraw money to your Bank Account
    Please Subscribe my channel and Like 👍 the video
    #hamstercoin #notcoin #technology #yescoin #Avacoin #earnmoney #onlinework #VPN #Tapswap #Hamstercombat #onlinemoney

Komentáře • 51

  • @Ruubetech
    @Ruubetech Před 27 dny +1

    Jabaadhuu

  • @TamamabdulahTamaamiabdullaah

    Maashaa allaah

  • @NuradinYaya
    @NuradinYaya Před měsícem +1

    🎉

  • @homemedia1790
    @homemedia1790 Před 2 měsíci +1

    Mashha allaah

  • @Harif-572
    @Harif-572 Před 2 měsíci +1

    Jabaadhu si waliin jirraa bro

  • @hamzahm4588
    @hamzahm4588 Před 2 měsíci +1

    Jabaadhuu itti nuuf fufi habiibii

  • @SadikHusen-vm9hk
    @SadikHusen-vm9hk Před 2 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤❤

  • @GamachuOro
    @GamachuOro Před 2 měsíci +1

    👍🏻👍🏻

  • @MancheAm
    @MancheAm Před 2 měsíci +1

    ❤Bro

  • @alfaatihmedia5823
    @alfaatihmedia5823 Před 2 měsíci +1

    Thanks 😊

  • @WabiiTasfaye
    @WabiiTasfaye Před 2 měsíci +1

    Bro guyya meeqatti dollar 50 gahuu dandeenya?

  • @SayidUsman-x6s
    @SayidUsman-x6s Před 2 měsíci

    Galatoomi itti fufi obboleessoo 🎉🎉🎉

  • @KadirKadirHassen-rj2jr
    @KadirKadirHassen-rj2jr Před měsícem +1

    Please maalif upgrade naf ta,u dida star clicks

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 22 dny

      @@KadirKadirHassen-rj2jr upgrade gochuuf kaffaltii si gaafata

  • @HabibAbu-x8n
    @HabibAbu-x8n Před 2 měsíci +2

    Yeroo link kaana keessa baane itti debiinu akkamitti ittii debinaa

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 2 měsíci +1

      @@HabibAbu-x8n chrome irra seenii Star-clicks jedhii search godhi

    • @Orthodox12367
      @Orthodox12367 Před měsícem

      Yes bro

  • @hafizemam7762
    @hafizemam7762 Před 2 měsíci +1

    Saagale ke siresi video ke gutun isa gadi jedhadha

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 2 měsíci +1

      Hayyee yaada keef baayyee galatoomi ❤❤

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 Před měsícem +1

    Warii simii kardii hin qabnee ho jechuunii kiyaa waraa dhiqamaa hin qabanee

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před měsícem

      @@Oroomoo11 maallaqa baasuuf lakkoofsa bilbilaa verify gochuu gaafata

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 Před měsícem

      @@Kiyyaatech Asiitii basuu mo biyaa

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 Před měsícem

      @@Kiyyaatech Ayiidio ykn buxaqaa barbachiisaa jechuudhaa

  • @HabibumarHabibumar-wo4zm
    @HabibumarHabibumar-wo4zm Před 2 měsíci

    As Wr wb Akkami Nagaha Keesani Baga Jirtte Akkamiin paypal Banana Akkamiti Akkaawnt Bankin Wal Qabsifna

  • @AbdiiQaala-s7q
    @AbdiiQaala-s7q Před 27 dny +1

    Waan gaarii faķkaata

  • @SadikHusen-vm9hk
    @SadikHusen-vm9hk Před 2 měsíci

    Yeroo barsiftuu guyyaati qarshii 500 jettaa,garu inii guyaat ,0,08,kenaa kun ji,aa lamaatii 50 dolaraa guttaa birriit yoo debi,ee 3000 ta,aa, issiin maaf sobdaan,dhugaa jirruu maafi dubanee

  • @MuradHasan-wg8pi
    @MuradHasan-wg8pi Před 22 dny +1

    Hamster kobmat akkamtt irra fudhanne

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 22 dny

      @@MuradHasan-wg8pi gaafa list ta'u sinitti argisiisa

  • @BiranuGidisa
    @BiranuGidisa Před měsícem +1

    Maloo telegram iraati akaata nama aferaan na hojedhu

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 Před měsícem

    Maqa isaa Appi malii

  • @GemachisaGirma
    @GemachisaGirma Před 2 měsíci

    Akkawontti akka itti verify gonnu nu hagarsise mee

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 2 měsíci

      Maaltu siif hin galle ifa naaf baasi gaaffiikee bro

    • @GemachisaGirma
      @GemachisaGirma Před 2 měsíci

      @@Kiyyaatech start click yoo withdrawal gotu verify godhi jedhan passport driving license national id card Amma akkawonttin gosa saditti Jira silver gold platinum mee verify godhi nuuf ibsi verify jedhe kesigafatu yoo withdrawal minimum dhaqabdu qofa galatoma

  • @mygamingbi6yc
    @mygamingbi6yc Před 2 měsíci +1

    galatomi

  • @anesoabdulfatah5150
    @anesoabdulfatah5150 Před 2 měsíci +1

    mee nii lalalll gaa

  • @nuradinbushra
    @nuradinbushra Před měsícem +1

    Sirriti namatti hin mulattuu

  • @MahiSiif
    @MahiSiif Před 2 měsíci

    Sagale qulqulleessii

  • @SaidoShow
    @SaidoShow Před 2 měsíci

    Wl wr wb

  • @ShemeMahammad
    @ShemeMahammad Před 2 měsíci

    Galatom

  • @acheand6519
    @acheand6519 Před 2 měsíci

    Password nadide

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 2 měsíci

      @@acheand6519 akkam si jedhe?

  • @UsamaAmino
    @UsamaAmino Před 4 dny

    Referral add gochuu dandenya

  • @AfandiiKadiir
    @AfandiiKadiir Před 2 měsíci +2

    ❤❤❤❤

  • @alfaatihmedia5823
    @alfaatihmedia5823 Před 2 měsíci

    Thanks 😊

  • @WabiiTasfaye
    @WabiiTasfaye Před 2 měsíci

    Bro guyya meeqatti dollar 50 gahuu dandeenya?

    • @Kiyyaatech
      @Kiyyaatech  Před 2 měsíci +2

      Guuyyaa murtaa'e hin qabu haga task siif dhufu irratti hundaa'a

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 Před měsícem

      ​@@Kiyyaatechwarii simii maqaa namaa biratiin qabuu ho

  • @MakkhaMakkha-hm2wi
    @MakkhaMakkha-hm2wi Před 7 dny

    ❤❤❤

  • @AbdiiGammachuu-f3p
    @AbdiiGammachuu-f3p Před 2 měsíci

    Thanks 🎉

  • @hamzahm4588
    @hamzahm4588 Před 2 měsíci +1

    ❤❤❤