Karaalee Bilbila keessan Qofaan ,Mallaqa Arggachuu Dandeessan 10

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • 🟢 Qarshii Onlinii irraa Hojjadhaa.
    Bilbila Keessan Madda Galii Keessanii Taasisa.
    🟩 Video Kana irratti Wanta Argitan Sirriitti Fayyadamaa.
    🟦 Appilikeeshinoota Mallaqa Kaffalan Kan 100% Mirkaneeffanne, Bayi'inni isaanii 10 oll Ta'e Kunoo Bakka Tokkoo Buufadhaa,
    ⬇️✔️DOWNLOAD godhachuuf Liinkii Armaan Gadii Cuqaasaa, 👇👇👇👇👇👇1️⃣2️⃣3️⃣
    kanapress.com/...
    kanapress.com/...
    🟦🟩✅️ SHARE , SHARE Waliif Godhaa.
    Hubachiisa , Odeeffannoo Video Kana Hanga Xummuraa Daw'adhaa.
    Comment, Like, Hin Dagatinaa.

Komentáře • 83

  • @shimeman
    @shimeman  Před 2 lety +10

    ⬇️✔️DOWNLOAD godhachuuf Liinkii Armaan Gadii Cuqaasaa, 👇👇👇👇👇👇1️⃣2️⃣3️⃣
    kanapress.com/category/earn-money/
    kanapress.com/category/earn-money/
    🟦🟩✅️ SHARE , SHARE Waliif Godhaa.

    • @obsee-yh4xo
      @obsee-yh4xo Před rokem

      shimee naganii waqayoo sifii yaa bayatuu akamii fayaa ketii snii nagaa jiraa galataa rabii maloo shimee sa,tii yutbaraa esaa ilaluu

  • @user-pn3jf4pf3p
    @user-pn3jf4pf3p Před rokem +3

    ❤ishallah ishallah biiznilallaah saw saw Allah rabbi si jaabeesu

  • @WawiiyouTube
    @WawiiyouTube Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @haniambo
    @haniambo Před 2 lety +2

    Baga nagaan dhufte sanyii ofii galatoomii 🙏

  • @Abadiir
    @Abadiir Před 5 měsíci

    Waw

  • @GenaMorkato-es9vp
    @GenaMorkato-es9vp Před 4 měsíci

    🤜

  • @y6primehuawei824
    @y6primehuawei824 Před 2 lety +1

    Bagaa Naganii dhuftee

  • @MENGISTUDERESE
    @MENGISTUDERESE Před 5 měsíci

    Hi shime nagaa keeti mee gaaffii tokkon sii gaafadha.akkuma beekamu torbe darbe nigid baankiin akkam hatamee ni beekta.kanumaan wal qabatee namoonnii tokkon tokkon bitcoyinirraa mallaqicha kaayatani jedhu.kun ni danda,ama .ETB Gara bitcoyinitti jijjiruun ni danda,ama?

  • @user-fr4hp5sl7b
    @user-fr4hp5sl7b Před 11 měsíci

    Jabaa namaa hunda caalammoo dhugaaf jiraachuunkee nama gammachiisa.❤❤

  • @kennaafannoojalaa191
    @kennaafannoojalaa191 Před 2 lety +1

    Well com shime

  • @user-iq5dz7rp7k
    @user-iq5dz7rp7k Před 9 měsíci

    Innoo waa'ee oduu nuuf fida malee app wayiituu nuuf hin fidu!

  • @ashsah9741
    @ashsah9741 Před rokem

    Ergaa bufune bodaa akataa kamii hojanaa shime❤

  • @JamalAmad-d3k
    @JamalAmad-d3k Před 16 dny

    Sobun cinqamee mee guyya tokko hin milkofne

  • @oromoonsabakoo1031
    @oromoonsabakoo1031 Před rokem +1

    sign up godhi jedhee na gaafate ni godha moo?

  • @ethoupiasasa2711
    @ethoupiasasa2711 Před rokem

    Bayyee galatomi oromifan barefame namoni kara kara kenya dhufan namota midiya irattii bekamti qabanu yutubefi tiktokora jedha ani yutubi hiqabu tiktoratis namni nabe hijiru

  • @muhajirabdusalam8625
    @muhajirabdusalam8625 Před rokem

    Good Shime keenya wantti kum ammantan nihojata

  • @user-ei1tq1kc5u
    @user-ei1tq1kc5u Před rokem

    Kanapress playtore kiyya keessa hin jiru biroo naaf hin bahu

  • @user-gw5dp9rl8s
    @user-gw5dp9rl8s Před 11 měsíci

    Hin dedee bar nattii argisiisii me? pleas

  • @furdosezakir1163
    @furdosezakir1163 Před 2 lety

    Galatoomi dr shimme kenyaa qalii ♥️♥️♥️🏆🏆🏆♥️♥️♥️♥️

  • @nahomnigussie8444
    @nahomnigussie8444 Před rokem

    Shime selkhn laklgn

  • @ephremtariku36
    @ephremtariku36 Před rokem

    Wowowoow its amazing 🎉🎉🎉🎉🎉 keep it up

  • @fedilanursdin
    @fedilanursdin Před měsícem

    galtoomi br dhifama BIG BOLEN SUN AKKA ITTI BU'u nu argisisi me buse naa banamu dide

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 2 lety

    Shime man .hojii dansaa hojachaa jirta. continue more

  • @eyobtube4978
    @eyobtube4978 Před 2 lety +1

    Wow jabadhu

  • @KAAYOOVSJAALALA
    @KAAYOOVSJAALALA Před 6 měsíci

    Dhugumaan kafalaa garuu?

  • @almazsori5922
    @almazsori5922 Před 2 lety

    Ani banachuu walalee you tube kan

  • @FeromsaOro
    @FeromsaOro Před 9 měsíci

    Akkaataa itti fayyadaman nutti himaa

  • @gadisedarajee3987
    @gadisedarajee3987 Před 2 lety

    Nufii jiradhuu shimee kenyaa

  • @GulummaaGammachu
    @GulummaaGammachu Před 2 měsíci

    Akkamiti itti fayyaafamna

  • @mustefajemal13
    @mustefajemal13 Před rokem +1

    Shimee yeroo bayye'e hin hojjadhaa garuu withdraw naaf hin ta'u master card naa gafataa eessa argachuu dandenyaa qofa master card

  • @DameDajanee
    @DameDajanee Před 6 měsíci

    Na kafala jira garuu akatana bafadhunu walalee

  • @AmmaarAbdii
    @AmmaarAbdii Před 4 měsíci

    Ani gemaa kana taphadhe baga gmade badhasa dolara kuma 10 fudhadha nan jedhan akamitin fudhadha

  • @tamammohammed9176
    @tamammohammed9176 Před rokem

    Waa'ee antimaner debisiitii nuuf hojjedhuu akkamitti immoo bitachuu dandenyaa ? Essa argamaa? Tik tok malee youtube irra Nan dhabee adara nuuf garabiras nuu hojjedhuu ...

  • @firaolaberaofficial
    @firaolaberaofficial Před rokem

    Akkamitti bicoyinin mallaaqa fudhaana akkaamiin baafna

  • @ABDIBORUYONI-zc7up
    @ABDIBORUYONI-zc7up Před 10 měsíci

    Dr mee ehiopia keessatti silkii ni filata moo silkii iskiriin
    Hunda. Irratti???

  • @sanyiiibulloosanyiileenjii4607

    Me wly jedhii obbo shimiles abdisaa😮😮😮

  • @Abadiir
    @Abadiir Před 5 měsíci

    Shime man

  • @chakabulto5355
    @chakabulto5355 Před 2 lety

    Nuuf hin baanamuu sila akkanumaan yeeroo keenya fi mallaaqa keenya gubana!

  • @bonsahd2161
    @bonsahd2161 Před rokem

    Mee akkamiiti hojjaatan

  • @absseeshaw1098
    @absseeshaw1098 Před rokem

    Jabadhu

  • @mohammeeinspire
    @mohammeeinspire Před 2 lety

    Namnii bilbilaa namaa kessaa akkamitti mallaqa hattu dandaa'a

  • @MameTb
    @MameTb Před 2 lety

    Shime welcome 💘💘🙏🙏

  • @jabelabdogodena8961
    @jabelabdogodena8961 Před rokem

    Smart

  • @fenunag1267
    @fenunag1267 Před 2 lety

    Thank's bro🥰

  • @ebisatech2880
    @ebisatech2880 Před rokem

    good job shime keep it up!!😍

  • @dachdb2781
    @dachdb2781 Před 2 lety

    Appiratii akkamin hojana bufnee jiraa karalee isaa wajii nutii himii

  • @sorreeOffecial11
    @sorreeOffecial11 Před 2 lety

    Qaliwanii gaffii qaba hagam dbugaa dhaa mee sanyii akkataa ittii fayyaa damaa issaa hoo? Assuman matii naaf ta'ii mee

  • @shahamashahama7517
    @shahamashahama7517 Před 2 lety

    ሰላሚወዲሜ።የአንተ።ሲኪፈሊጌነበረ።ኢኔ።የሮቤሊጂነኝ።አደራሲኪኒንላኪሊኝ

  • @yaaabbo6257
    @yaaabbo6257 Před 2 lety +1

    Ads Blocker jechuun maal jechudha me nuuf shime pls dhifama wajjin

  • @almazalnagaa8733
    @almazalnagaa8733 Před rokem

    Akka itti fayyadamnu ho?

  • @chuchureta4753
    @chuchureta4753 Před rokem +1

    Kef shime jirtaa akkam Ngh
    You tube banachuu barbadee toraa isaa naaf errii

  • @chaltuketemaolanna5195

    👍👍👍👍👍👍

  • @shitafantiye5320
    @shitafantiye5320 Před 2 lety

    Akamit hojetami nufi hin kalar kami nuti agarsi me

  • @oromisictube1163
    @oromisictube1163 Před 2 lety +2

    Fias is really

  • @leylaaman9694
    @leylaaman9694 Před 2 lety

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯

  • @user-gs9wz9ij3c
    @user-gs9wz9ij3c Před 6 měsíci

    App akkamitti banatan maalo naaf himi!!!!

  • @furdosezakir1163
    @furdosezakir1163 Před 2 lety

    Mee akkamitti nama kafaluu yoo maal gonne nuuf kafaluu

  • @tarikeebaayisaa3583
    @tarikeebaayisaa3583 Před 2 lety

    Like ❤

  • @jesuusismylife3952
    @jesuusismylife3952 Před 2 lety

    shiimee qalii ko baga nagani dhufute❤❤ mee shimee yeroo amaa kan dollar kara bank meqani jijirama jira pels😊😢

  • @suudihussain7112
    @suudihussain7112 Před 2 lety +1

    😂😂😂😂

  • @kedirhusen6618
    @kedirhusen6618 Před 2 lety

    Akkata kamin hojana

  • @mafiaboy4708
    @mafiaboy4708 Před 2 lety

    Warrii IPhone fayadamo ho Essa bufanna App story irraa hin jiraan

  • @shafiatube4622
    @shafiatube4622 Před 2 lety

    PayPal akkamitti akka banannu nuf dagalagi

  • @absseeshaw1098
    @absseeshaw1098 Před rokem

    Kabajamo mati nuftaa

  • @Abdi6119
    @Abdi6119 Před 2 lety

    Paypal hin dubbanee shime

  • @abdulmejidyoutube3132
    @abdulmejidyoutube3132 Před 2 lety

    Shime man jirta ati lakko.bilbila ketii barbaada?

  • @nuge501
    @nuge501 Před 2 lety

    HDU seeran kan kaffaltii argachaa jira
    FIAS Akkasuma

    • @shimeman
      @shimeman  Před 2 lety +1

      Sirriidha bro, amma Jalqaba Waan Ta'eef hanga Tokko ni kaffalu

  • @tarikeebaayisaa3583
    @tarikeebaayisaa3583 Před 2 lety

    Subscribe nafi godhii maloo hadara kee

  • @melakuasfew8093
    @melakuasfew8093 Před 7 měsíci

    Maloo goftaakoo adaara waqayyoo .account paypal naa banii

  • @Biko_Star
    @Biko_Star Před 2 lety

    Pls subscrib naf godha sabaakoo

  • @user-ei1tq1kc5u
    @user-ei1tq1kc5u Před rokem

    Kanapress playtore kiyya keessa hin jiru biroo naaf hin bahu

  • @shan-lamatashoma7893
    @shan-lamatashoma7893 Před 2 lety

    Jabaadhu

    • @alaganalaguma3003
      @alaganalaguma3003 Před 2 lety

      Wow!hojiin kee baay'ee barsiisaadha. Jabaadhu ,muuxannoon kee jajjabeeffamu qaba.kana caalaa waan gaarii bu'aa nuuf buusu nuudhiyeessi horii buli

  • @user-ei1tq1kc5u
    @user-ei1tq1kc5u Před rokem

    Kanapress playtore kiyya keessa hin jiru biroo naaf hin bahu