Paypal sirrii akkamitti banachuu qabnaa? video kanaa dawwadha Online irra qarshii argachuuf

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024

Komentáře • 42

  • @SulxanGobena
    @SulxanGobena Před 3 měsíci

    Truly rabbi the lessons you are giving us are very, very nice keep it up

  • @UsamaAbdule
    @UsamaAbdule Před 3 měsíci +1

    Abshiir habibii

  • @haawiitube2732
    @haawiitube2732 Před rokem

    Wawooooo waanii ofii galtommii gudaasaa barumisaa bayyee baredaa jabadhuu akaa kootii Gaalataa gudaa qabdaa video kee ilaalanii baanadhee isaa duraanii naa rakkisaa turee

  • @user-pz1vm1ym9c
    @user-pz1vm1ym9c Před 8 měsíci +1

    Video qulqullinaan hojedhu.

  • @Fatii-sulxaan55
    @Fatii-sulxaan55 Před 20 dny

    Galatoomi habibi ko ❤

  • @MamadRoba
    @MamadRoba Před 6 měsíci

    Eles gudda galatomi dhugaa ❤❤❤❤❤

  • @NawwiiRaayyaa
    @NawwiiRaayyaa Před měsícem

    Abshiir qaaliii nama

  • @Ahmedalqtf
    @Ahmedalqtf Před 4 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @user-lh5lx6ey1h
    @user-lh5lx6ey1h Před 11 měsíci +2

    Elsako maaloo wa siin Mariachuun barbaade akkamiinin si argachuu danda'a kessaan

  • @Yoomdarbalaata
    @Yoomdarbalaata Před 19 hodinami

    Qoyi kan yeroo mara gaaffii natti ta,e PayPal banuu qofti faayidaa maal qaba
    Akkataa baankiiidhaan wal qabsiisan yoo nuuf hin himne
    Banuun baayee hin cimu
    Garuu namni hedduun kan ittiin rakkachaa jiru
    Baankiidhaan link gochuu irratti namni tokkoyyuu akkaataa itti link baankiin wal qabsiisan hin barsiifne
    Osoo isa nuuf hojjettee namni hunduu kan irraa fayyadamuudha jedheen yaada

  • @Draliyi60
    @Draliyi60 Před 9 měsíci

    Itoophiyaa keessatti akkamitti akka banannuufi online irraa gara Baankiiiitti akkaataa ittiin buufannuu nuuf qopheessi obboleessa koo kabajamaa fi jaalatamaa

  • @DibabeeIshetu
    @DibabeeIshetu Před 11 měsíci

    Anaa garuu nadidee bakaa basiboridii sanatii

  • @MahamaadAhamadee
    @MahamaadAhamadee Před 10 měsíci

    Akataa ittii bafanuu hin jiruu moo maaliif nuuf hindalaynee

  • @Oroapp25
    @Oroapp25 Před 4 měsíci

    Akkam jirta

  • @shambal-sr9vw
    @shambal-sr9vw Před 7 měsíci +1

    Kaan 2024 nu fidii

  • @situjira
    @situjira Před rokem

    Website banachuuf nu barsiisuu dandeessaa?

  • @SeenaaSalaale
    @SeenaaSalaale Před 2 lety +1

    Mee akkati card garaa Ethiopia erguu naati himi

  • @user-rx8vd2hv8n
    @user-rx8vd2hv8n Před 8 měsíci

    Qarshii dollar $50sababa barumsaatif wan barbadhuf Kara pay pal tiin naf erguu dandesaa Aniin imoo qarshii etc degare isiinf kena

  • @Hajiiheydar89
    @Hajiiheydar89 Před rokem +1

  • @user-bu7nc9xv1m
    @user-bu7nc9xv1m Před 9 měsíci

    Barumsii kee baay'ee gaariidha garu qarshii kanu galu hin argine

  • @siifaanintaalashaawa3150

    Galatoomii sanyii koo,,,,garuu coinbasen naa banamuu didee gamee taphanee hundaa karaa PayPal fudhachuu ni dandeyaa....?

  • @tiyaa-c9w
    @tiyaa-c9w Před měsícem

    Maloo paypal banee wisdiroo godhii nafudhuu didee Malin godhaa mee

  • @Bakkalchabarii547
    @Bakkalchabarii547 Před 10 měsíci

    ❤ jabadhuu

  • @melakuasfew8093
    @melakuasfew8093 Před 7 měsíci

    Ethiopian jira mee akkamitaan paypal irraa fudhadha.naaf ibsiime

  • @girmadesta9546
    @girmadesta9546 Před 11 měsíci

    Paypal ergan banadhe hoo akkam gochuutu narra Jira,qarshii argachuudhaaf waantotan hojjadhe irraa akkamitti gara Paypalitti naaf darbuu danda'a? Balance 0.00natti agarsiisaa jira

  • @AbdiiHawii
    @AbdiiHawii Před 10 měsíci

    Ankoo naa diidee qaliikoo faliiko maliikaa

  • @AddunyaaTasfaayee-nx9gm
    @AddunyaaTasfaayee-nx9gm Před 3 měsíci

    AKKAAMOTII REEDEEM COD ARGAACHUU DANDEENYAA MAALOO NADIDEEE FIRMAATAA ISAA HOO MAALII

  • @ajibgudata1722
    @ajibgudata1722 Před 7 měsíci

    Code eimeli nagafate naf banamu dide

  • @yahyahussein28
    @yahyahussein28 Před 5 měsíci

    Aakamitti maallaqa gara PayPaltti qarshii dabarsina

  • @user-nh6ch9hz2g
    @user-nh6ch9hz2g Před 8 měsíci

    Akkaata account itti naqano please bro

  • @user-bu7nc9xv1m
    @user-bu7nc9xv1m Před 9 měsíci

    Hanga guyya meeqati nama qarshiin bankii gala

  • @dirribeebatiruu8868
    @dirribeebatiruu8868 Před 5 měsíci

    PayPal irrati akkamti qarshii argadha

  • @user-bo9ye9tg2r
    @user-bo9ye9tg2r Před 10 měsíci

    Maloo kotuu nubanii

  • @Oroapp25
    @Oroapp25 Před 4 měsíci

    Bilbla hunda irratti hin dida

  • @Bummadin
    @Bummadin Před 2 lety

    Gramfree xumuree turee garuu malaqaa

    • @elsaytech2353
      @elsaytech2353  Před 2 lety

      Gramfree fake waan ta'eef yeroo kee hin gubiin

    • @Bummadin
      @Bummadin Před 2 lety

      @@elsaytech2353 bee xumuree jira

    • @Bummadin
      @Bummadin Před 2 lety

      Mee lakkofsa telegramaa naa ergii keessaan sii dubbisaa please

  • @makeoromosmarter_official3137

    Maallaqa Online irraa PayPalin baafachuuf email PayPal galchaa jedha kana akkamitti arganna bro

  • @user-bu7nc9xv1m
    @user-bu7nc9xv1m Před 9 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @user-bu7nc9xv1m
    @user-bu7nc9xv1m Před 9 měsíci

    Barumsii kee baay'ee gaariidha garu qarshii kanu galu hin argine

  • @user-bu7nc9xv1m
    @user-bu7nc9xv1m Před 9 měsíci

    Barumsii kee baay'ee gaariidha garu qarshii kanu galu hin argine