Video není dostupné.
Omlouváme se.

Jaalalleekoo ijoollummaa waliin bultii dhaabbannus na dhiistee miila fageeffatte.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 19. 08. 2023
  • Jaalalleekoo ijoollummaa waliin bultii dhaabbannus na dhiistee miila fageeffatte. Keessummaa Yeroo jaalalaa Roobel Soorii
    Erga jaalalleen koo na dhiistee deemtee hanga lubbuukoo balleessuuf yaalutti ga’eera;Hiriyyaakotu du’a na oolche.
    Amma lubbuun jiraadhus jireenyatti hin jiru.
    Walaloo Roobel Soorii jalalleesaaf barreesse.
    Erga ati deemtee walirraa fagaannee ciisee rafuu yaadus takkaa sin dagannee
    Ija dunuunfadhee yeroon rafuu yaadu
    Yaadaafi yaaddooketu dhufanii na gaadu. Akkamiin obsitee anoo obsan dhabe.
    Koottu deebi’iiti mee waliin jiraannaa
    Riqicha jaalalaa kan cabe ijaarrannaa.
    Koottu bareedduukoo aniyyu gaabbeeraa Siyaadee dadhabee lapheen na cabeera.

Komentáře • 822

  • @DfY-zh2nu
    @DfY-zh2nu Před 11 měsíci +80

    Jini sadee 8 diiqoodha sifi debiti amashiri ❤😢 ani bara kuma 2002 jaladha wariii koo haraka qaleyiii garuu nuti lamana wali jalana warii isa garuu hin fedhana kena lachuu walini fedhana wagga 2 biiya kesa jalalana waji turee ani aree biiya deme barumasa kutaa 4 kesa baye jalali ken adda bayuu hin dadane wagga 2 gafa biiya oroma gaye boda nikaya wali hidhane wagga 3 deme gale saragini wali fune wajini ji'a lama waji ture bodaa biiya deme wagga 3 tahe gale amale jalali jirii waji turee amale biraa deme ama odaa wali argina wagga 7 ama wali argufi yaada iraa jiraa ishaallaah jalala kesa gamachu qofa miti gadile jiraaa rakonile jiraa obsa nama barabachisa ❤ yaa Rabbii imana nu kenii obsa nufi kenii nama wali jalatu waji jirachisa wajini umiri dheresii❤

  • @habebah6839
    @habebah6839 Před 11 měsíci +28

    Jaalalaa birri sii jalate isheen male oso sii jalate rakate sii wojjiin jiraati dhugaa dubaachufi ani nama Homa hinqabneti herume gaaruu jaalala qabna jaalali mana keenya jira amma qabeenyas hanga tokko horane galaata Rabbii duran garuu fayyaa fi jaalalaa male homa hinqabnu 😭

  • @shaltoonaser3220
    @shaltoonaser3220 Před 11 měsíci +56

    Moonetii debbiisaa mee isheen isaa bo,uu fanaa bosee isaa kolfuu fanaa kolffitee kan ishee caalee moo ogeessaa saamuu tiin deegaartii place moonneeetin fidaaaa❤❤❤

  • @workneshdekeba6725
    @workneshdekeba6725 Před 11 měsíci +93

    Yeroon jaalalaa moonnetin alaa hin baredu 😢😢nuuf deebisa

  • @LovelyBubbles-fb8gj
    @LovelyBubbles-fb8gj Před 2 měsíci +2

    Abshiir haadhoo koo rabbii waliti isin haa debisu garaa namaa nyataa dhugaa rbbii obsii😭😭😭😭😭😭💔

  • @CarraaTube
    @CarraaTube Před 11 měsíci +26

    Ayii jaalala kan maal ta'a nama jaalala dhugaa bekuuf osso nama jaalala dhuga qabu waaliif kennee jalali amma kan fayida qofa ta'e jaalala waanta jedhamu kana onnee koo keessa basera ani😔😥🖤

  • @gadisemamo4909
    @gadisemamo4909 Před 11 měsíci +26

    Yero hamaa kana qabenyaa ossoo hin tanee jalaltuu hin jiruu mucan kun jalalaa qabaf akkaa yaddaa kiyyatii obboletii koo debi'ii galii abba mana kee jalalaa sif qabuu kana sif wayyaa hundumarayuu qabenyii ni dhufaa ni dhumas garuu qabenyii jalalaa bittii hin danda'uu
    Ossumaa kan qabenyaa qabuu argateyuu imiman abbaa mana kee kun sii gubbaa sii milkessuu guyyan araa boruu ta'u hin danda'uu
    Obbolssaa kiyyaa dhamsan sif qabaa sammuu kee egadhuu yoo attii fayyaa qabatee atii boruu kan waqayyooo sif kennee hin dhabduu wan ta'ef
    Durumayuu jalalaa sif hin qabduu fakkataa malee qabenyii obboleessaa obboletii rafuu gursisaa jedhan maal godhuf waa marafuu atii ganaa da'immaa fudhaa hin dabaree tasgabayii yaddaa sii barbadii yoo fayyaa qabatee

  • @user-zu8dh8pd6r
    @user-zu8dh8pd6r Před 11 měsíci +20

    Osoon dhira akkatti najaalatu qabaadhe arka irratin baadha ture😢😢😢

    • @qalloowarratuulamaashaggar1477
      @qalloowarratuulamaashaggar1477 Před 11 měsíci

      Dhiiraa akkan dhabne nuyi moo isaa jalaala beeku maaf miidhu anaan qaxaaleekoo abshir hiree harka rabbiitti 😭

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam4968 Před 11 měsíci +2

    Obboleesoo waaqayyoo obsa siifaa kennu ishefis waaqayyoo Qalbiin haakennufi galuu waanti namni hubaachuu dadhabee bara kana qabeenyaafi jalalaa adda base bekku dhabudhuu tasayyu qababeenyii jalalaa bituu hindanda'uu
    Garuu jalallii jiranan qabeenyii nidhufaa dhugaa duubachuufi anis miidhama guddan qaba garuu qabeenya dhamne osoo hin tane jalalaatu addaa nuu basee kuno ergasii namni kamu nama nati fakkatuu 😭😭😭😭😭

  • @EjaraGabisa
    @EjaraGabisa Před měsícem

    Is a ga'ELA Lee diigee waqayyo ya a diiguu Amen!

  • @sanyiijaawe315
    @sanyiijaawe315 Před 11 měsíci +13

    Mooneti essaa Demttee ishii nufi Debbisa
    Obbolesa kenyaa waqayyoo Adhaa manaa ketin walit siin yaa debisuu 🙏🙏🙏😢😢😢

  • @user-kf2bq5ox1g
    @user-kf2bq5ox1g Před 3 měsíci +1

    Abshir rabbii sii haa jajabesu. Shammaran biyyaa jirtu dhiraa bochisani.dhirii biyyaa ormaa jiru immo shammarani bochisa dubbiin walii fallaa tahe.

  • @user-ii1ty9gy8s
    @user-ii1ty9gy8s Před 11 měsíci +20

    Mooneeti essaa demtee ishee irraa baredaa yeroon jalalaa

  • @hcggj8170
    @hcggj8170 Před 11 měsíci +10

    Jaalalii Lubbuu Qofa Miti Addunyaa kana Nama Balleesisuu Danda'ua😢😢

  • @user-dg4mo8uj6q
    @user-dg4mo8uj6q Před 3 měsíci +1

    Wayo gara nama nyata rabi dubartin dhira jalatu hin jalatu dhuga rabi nama gari sif hakenu

  • @chaltujirene2341
    @chaltujirene2341 Před 11 měsíci +3

    Rabbi walitti sin haa debbisu 🙏

  • @warkidubai1005
    @warkidubai1005 Před 11 měsíci +2

    Sammuun shii quulfiidha obbolaan mal nafi godhuu jalallaa onneetu ishidhafi caalaa tureeka booda gabbin shii inafuu

  • @user-sv7je3py1i
    @user-sv7je3py1i Před 11 měsíci +4

    😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔 obboleessa koo maaloo jabaadhu imimmaan kee rabbi lafa si jalaa hin balleessin rabbi siif haa deebisu 💔

  • @Jamiladha
    @Jamiladha Před 6 měsíci +1

    Rabbiin wolitti isiin haa arasuu🙏🙏🙏🙏rabbiin tokko isiin haa godhuu

  • @user-ds2gp1ur9o
    @user-ds2gp1ur9o Před 11 měsíci +1

    Moneti hoo Asli fana bade

  • @romatyt3126
    @romatyt3126 Před 11 měsíci

    Uffi gaara nama nyaata rabbi woliti isaan haa deebisuu ❤

  • @user-rx7tm6jp3p
    @user-rx7tm6jp3p Před 10 měsíci +1

    Waayooo
    Waaqayyoo si haa
    Gaargaaruukaayii
    Sii
    Dhoksituus
    Isheenis
    Midhaamuu
    Hin
    Dhiftumm❤❤❤dhisikaayi

  • @fireyotalemu1689
    @fireyotalemu1689 Před 11 měsíci +3

    Jalalii dhugaa qoorumsaa bayyataa dhugaa obsii bor❤

  • @fy7fg634
    @fy7fg634 Před 11 měsíci

    Rabbiiii walittiii siiin haaa debiiisuuuu atttiiii oof egiiiii fayuuumakeee huunduuu hiiin darbaaaa attiii ganaa ijoollee waan tateef bakkaa gudaa gahuuu dandesaaaaa

  • @caaltuubadhaadhaa
    @caaltuubadhaadhaa Před 3 měsíci

    Jjabadhu homaa miti qomoo koo hunduu ni darba❤❤❤❤

  • @masaratgetu1214
    @masaratgetu1214 Před 11 měsíci +3

    Waqayyo waliti isinna debissu dhuga jalalli dhuga bayye nama midha Rabbi sifana yaa ta'uu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @anisamitiku4676
    @anisamitiku4676 Před 11 měsíci

    Rabbii jireenyaa garii sii haa kennu yaa lammii koo rabbii gafa jedhe hin darba

  • @yuyyuy9295
    @yuyyuy9295 Před 11 měsíci +4

    Bara kana moo jalalumaf bo'a hundi garuu dhugaa jireenyii qala'ee waan fudhuun hin qabuu😢😢

  • @CaaltuuGulummaa
    @CaaltuuGulummaa Před 11 měsíci +3

    Waqayyoo waaliiti siin haa debiisuu

  • @aishaaisha9854
    @aishaaisha9854 Před 11 měsíci +3

    Rabbi wolitti isnii haa deebisuu😢😢

  • @jfj2799
    @jfj2799 Před 11 měsíci +2

    Homaa mitikaa obboleessa koo yoo feedha isaa tahee walitti deebituu🙏🙏🙏🙏

  • @bisra7025
    @bisra7025 Před 11 měsíci

    Bareeduu koo rabbii walitii isiin haa deebisuu

  • @AdinaanSuleman-ko1eq
    @AdinaanSuleman-ko1eq Před 11 měsíci +1

    Jabadha yawraa obien

  • @etopyjan8189
    @etopyjan8189 Před 6 měsíci +1

    Abshiir biro kiya Rabbii waliti isin haa debisu. Nama gadisisa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @gammee12
    @gammee12 Před 11 měsíci +1

    I loved this journalist really. 😍 😍 😍

  • @birhaneadugna849
    @birhaneadugna849 Před 11 měsíci

    Jaalalii dhugaa qaabenyaa irraa caalaa gaaruu isaa jaalalaa dhugaa namafi qabu raakkinii yoo jirtee iyyuu yoo waajiin jirtaan maalii qaba yeroo baayee jaalalaa dhugaaf dugdaa gaatuu haayiiiiii

  • @tigesttigest5862
    @tigesttigest5862 Před 11 měsíci +5

    😢😢 dhisii debituus sin tattu ayyi shamaraan kenyaa kan ishi barbadu dhistee kan ishiibarbadne dubaa katti ammal shamara takka takkatti ayizon bro😘

  • @stargallery2283
    @stargallery2283 Před 11 měsíci

    ❤❤❤mana ketin waliti si ha dubisu🤲🤲🤲

  • @HfGfh-xk4bt
    @HfGfh-xk4bt Před 3 měsíci

    rabbii waliti isin.haa debisuu ..obsii.....

  • @bontufeysa2405
    @bontufeysa2405 Před 11 měsíci +1

    Hadhokoo waaqqayoo waltii sii haa ebbisuu 🙏

  • @SifanMyko-jm5hu
    @SifanMyko-jm5hu Před 6 měsíci +1

    Moneetin ala yeron jalalaaa abadan nut hafuuu wayaaa abooo

  • @MohammedTolaTola-io1ho
    @MohammedTolaTola-io1ho Před 11 měsíci +1

    Rabbin tanii isii caltuu sifii haa hiriu

  • @ummiiy
    @ummiiy Před 11 měsíci

    Yaa sabaa ko rabbin waliiti isiin haa deebisu dhiyotii

  • @DammituuAbdo
    @DammituuAbdo Před 11 měsíci

    Rabbi walitti isin haa Debisu garaa nama balesa dhuga😢😢

  • @sifanlemma1606
    @sifanlemma1606 Před 11 měsíci

    Dhugaa waaqa jiraata yeroo jaalala Nan dawwadha garu kan hara adda nat ta, e jaalala dhugaa arige obbolesa koo birati waaqayoo onnee kee quliquluu ilale jaalala dhugaa siif haa latu obbola koo eebbifamii

  • @wudeenguru4953
    @wudeenguru4953 Před 11 měsíci +1

    Bro kootu cabaan lama waliitii fayyaa dha +💃

  • @genetbelete9230
    @genetbelete9230 Před 11 měsíci

    Uuuuuuuffff bayy'ee nama gadisis onne jaalali midhe jaalalumatuu waldhana adara jaalala debi'iif

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Před 11 měsíci +4

    Jiruu Ethiopia jaarsaa fi jaartii addaa basara yaa rabbii jiruu Ethiopia gadii busii dhiirtii imimaan fixatee

  • @ayelubashada6314
    @ayelubashada6314 Před 11 měsíci

    Waaa jalala waqayyaa siya gargaru obolesakoo

  • @shumituchaka9090
    @shumituchaka9090 Před 11 měsíci

    Jalaalatuu qabeenyaa fidaa
    Abshiir sif rabbii jiraa

  • @masaramasara1595
    @masaramasara1595 Před 11 měsíci

    Rabii walit sin Yaa debisuu jalalii dhugaa bayyee ulfataa

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela7132 Před 11 měsíci

    Keeri ishaallah 💔💔😭😭😭

  • @user-vb4ou5xg1c
    @user-vb4ou5xg1c Před 11 měsíci +1

    Eyyen dhugaa rabbii monnetiin bardaa

  • @dhalootaqube4465
    @dhalootaqube4465 Před 11 měsíci

    Homma miti waaqayyoo jabina siif haa kenu 😢❤

  • @SifanMyko-jm5hu
    @SifanMyko-jm5hu Před 6 měsíci +1

    Walif isin jedhee tanan hin turaa malee hin hafuuu

  • @jamilaapati2405
    @jamilaapati2405 Před 11 měsíci

    Haali Atiii itti qophesite baayee garidha ❤❤

  • @zeinabmuusaa5223
    @zeinabmuusaa5223 Před 11 měsíci

    Atii nama ishii caltu argata hin bohin 😢😢atii ijollee dha ammale

  • @caltumarga4218
    @caltumarga4218 Před 11 měsíci

    Waaqaayoo ishii haagaafatuu dhisii

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před 11 měsíci

    Rabbiin waalit issiin haa debissuu

  • @denkimasrti6035
    @denkimasrti6035 Před 11 měsíci +3

    Maalloo moneti debisaa ❤❤❤❤

  • @SeenaaArsii
    @SeenaaArsii Před 11 měsíci +2

    Waqayyoo Namaa gaarii siif keenaa Abshir dhiiroo 😢

  • @aaasssaaasss4616
    @aaasssaaasss4616 Před 11 měsíci

    Abshiir. Obbolessa koo waqayyoo hojjii ishee haa kenu waqayyoo ❤

  • @kenbonawel3239
    @kenbonawel3239 Před 11 měsíci

    Rabbii wolitti isiin haa deebisu

  • @safaa7264
    @safaa7264 Před 11 měsíci +1

    Pain is heart but smile is My face bro Abshiir 😢😢

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 Před 11 měsíci

    Rabbii woliitti isiini haa debbiissuu

  • @Hayeetuu1921
    @Hayeetuu1921 Před 10 měsíci

    ❤❤❤ carraa jaalalaan qabamuu keef ati bohaari
    (Gammadi)

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Uuuuuuff kan miidhame miidhama jaalaala nama beeka abshir rabbii kan ofii jaallatu siif haa laatu😭

  • @dugasayazo4168
    @dugasayazo4168 Před 11 měsíci +1

    qophii yeroo jalaalaa gara moneet beksisatti osoo deebistani baayyee gariidha

  • @user-cc4eg5jn8s
    @user-cc4eg5jn8s Před 11 měsíci

    Rabbini wolittii isini haddeebissuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤jabaadhu ani Dhiiraa Dhiiraa deeggarsaa Dubarttoonnii lubbu garatti bajata kanaaf nuuf Jireenyii deemsis Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia manni maalif dhiifamaa maqaanis lubbuu dhiifamaa jaallachuun Qabeenyaa guddadhaa

  • @eshetushakitawkeno1234
    @eshetushakitawkeno1234 Před 11 měsíci

    dhugaa dhumatti dubartii akkasiirraa rabbi isin haaqabu

  • @raihanaliwa2749
    @raihanaliwa2749 Před 11 měsíci

    Waaqayyo walitti isin haa deebisu

  • @sarusabontu5918
    @sarusabontu5918 Před 11 měsíci

    Abshiri baredaa kenyaa 😢kani waqayoo sifii jedhe Inumaa jirtii ❤️Dhugaa bayee ulfataa 😢😢😢

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e Před 6 měsíci

    Rabbiin wolitti isiin haa debisuu

  • @boseapplicant9417
    @boseapplicant9417 Před 11 měsíci

    Waaqayyoon Waalitti siin haa debi,suu Garaa ishee sii haa Lafiisuu brother

  • @almazgudeta940
    @almazgudeta940 Před 11 měsíci

    Miskinii garaa naa nyatee dhugaa waqayoo abaan jalalaa walitii siin haa debisuu🤲🤲🤲😥😥😥

  • @AwwalAhmad-ws5lj
    @AwwalAhmad-ws5lj Před 11 měsíci +1

    Yeroon jaalalaa moonitiin male hin bareedu fidaa isin oduu dubbisaa

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py Před 11 měsíci

    Bayee garaa namaa nyaataa jalalii qarshiin hinbitamuu jalalaatu jaalalaa bitaa malee obsii

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před 11 měsíci +2

    Rakkoo keessaan isin lammaniif waaqayyootuu beekaa yoo imimmaan kee Kun Kan dhugaa ta'ee waaqayyoo gooftaan abbaan jaalalaaf nageenyaa walittii isin haa deebiisuu seenaa keessaan haa haareessuu abshir obbooleessaa koo wantii hunduu gaarummaadhafii🥺🥺

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945 Před 11 měsíci

    Ijo mucan issin duraa esa demtee gazixenyatin 😢❤❤

  • @FTIHAHayan-zz5xr
    @FTIHAHayan-zz5xr Před 3 měsíci

    woyoo amshir kara kamiinu ni milkofta❤❤😢😢

  • @user-dk7xw4pg7i
    @user-dk7xw4pg7i Před 11 měsíci

    Oboosa sifii hakeenu jabadhu 😢😢😢❤❤❤

  • @DadhituDadhitutadasa
    @DadhituDadhitutadasa Před 11 měsíci

    Rooberaa❤amshiiri ni futaa haabibi

  • @Halima-j1v
    @Halima-j1v Před 29 dny

    Rabbiin walitti issin haa deebisu. Obbsi obbolessa Koo

  • @birke9166
    @birke9166 Před 11 měsíci

    😍😍😍Yoo jalala sii qabate nii debiti obosi

  • @simbookooiyyeesus1379
    @simbookooiyyeesus1379 Před 11 měsíci

    Uuuuuufffff😢😢😢 yaa jaalala kana
    Waqayyoo waaliitii siinaa debisuuu😢😢😢😢❤️❤️❤️❤️❤️

  • @maramesolomon6268
    @maramesolomon6268 Před 11 měsíci

    Obboleessakoo Nama Sii jibe jibii jirukee jiraadhu isheen jiraacha jirtii

  • @user-gw9fi3uf2z
    @user-gw9fi3uf2z Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa hadaraa dubatii hin debinaa dadararoo kenyaa horaa nuu bulaa

  • @amenahbunuah2470
    @amenahbunuah2470 Před 11 měsíci

    Rabbii walitti insiini ha debiisiu amshir 😢💔👍

  • @hewanware123
    @hewanware123 Před 11 měsíci

    Ufeey waaqayyo si haa yaadatu jireenyi boru darbuuf namni wal rakkisaa
    Baayyee nama gaddissisa

  • @saadaasada-zz1uq
    @saadaasada-zz1uq Před 11 měsíci

    Rabbii sii debisuu❤❤

  • @sohadilee2306
    @sohadilee2306 Před 11 měsíci

    Garaa Nama nyataa 😢❤❤Rabi waliti sin haa debisu❤😢

  • @gfgyg6925
    @gfgyg6925 Před 6 měsíci

    Garaa nama nyataa dhugaa obbolan ga'ilaa digdaan rabbi sin gafaata

  • @bontuboru2097
    @bontuboru2097 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo Waliitti Isiin Haa Debbisuu Abshiir Bro!!!

  • @BontuBekele-sd3sd
    @BontuBekele-sd3sd Před 11 měsíci

    Moneet nuu fidaaaaaaaaaaaa uuuuuuuuuuuuuuuuuu...mooooneeeeet

  • @Jamiladha
    @Jamiladha Před 6 měsíci

    Ashirrii ishaala rabbumatu jira 😭😭😭😭💘💘

  • @marryanna3333
    @marryanna3333 Před 11 měsíci

    Waaqayyoo obsa siifii haa keenuu bro❤❤❤❤

  • @kemeriakela9761
    @kemeriakela9761 Před 11 měsíci +2

    Ayiii iji namaa bar badaadha.. Ija namatitu isin dhahe🥺✍️

  • @user-le9xq3oc4b
    @user-le9xq3oc4b Před 11 měsíci

    Abshir obboleessa koo fedhawaaqa yoota,ewaltidebiiudandesuhom amitii😢😢😢😢

  • @user-ye1or3nx3l
    @user-ye1or3nx3l Před 11 měsíci

    Woyii garaa naa nyataa yaa rabii koo uuuuuffgg