Hafuura hamaa qabda jedhamee waldaa ari'ameera!/Far.Phaawuloos Tagany - Keessummaa Mo'aa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 7. 09. 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Komentáře • 172

  • @adamuhirpa1904
    @adamuhirpa1904 Před 3 měsíci +6

    Phawule Dear singer my favorite person. Big respect. God bless you. Eph you are Blessed too

  • @tayechefo6312
    @tayechefo6312 Před 3 měsíci +4

    Phaawuleekoo Gooftaa Yesuus fuula ifaadhaan si haa simatu. Siin eebbifamneerra, sanyiinkee haa horu.

  • @Abdii-dv7jj
    @Abdii-dv7jj Před 3 měsíci +2

    Waaqayyoo Gooftaan isin haa eebbisu💯💯💯💯💯💯💯💯
    Sagantaa keessan fuulduratti Faarfattu Bilisee Karrasaa osoo nuuf dhiyeessitanii yaada jedhun isinif qaba .
    Galatoomaa 💯💯💯❤💯💯❤❤❤❤

  • @magaaltube2022
    @magaaltube2022 Před 3 měsíci +2

    Faarsa har'a faarfachuun siif ta'u dursitee Faarfattee....Ati nama Jabaadha😍😍

  • @DameBisratOfficial1
    @DameBisratOfficial1 Před 3 měsíci +2

    Ammas ayyaanni Waaqayyoo inni safara hin qabne safara malee siif haa baay'atu obboleessa koo jaalatamaa Far Phaawuloos Tagany❤❤❤❤

  • @miratmanindra1451
    @miratmanindra1451 Před 3 měsíci +1

    Ufffffffe phawuliye Akkatti sijaaladhukaa dhugaa waa,eekef GOOFTICHAN galateffadha dhuga malimo midiyarras si ilalen sin arginem ebbifami☝️🙌🙌🙌🙏❣️❣️❣️

  • @Sifanfilo81
    @Sifanfilo81 Před 3 měsíci +1

    Farfattaa phawlos tageny nuuf jiraadhuu farrafannaa Isaa baye bayeen jalaadhaa dhageefadheyu hin quffu dhugaa ebbifama nama waqayyoo❤❤❤

  • @magaaltube2022
    @magaaltube2022 Před 3 měsíci +2

    Emotional'n ta'e😭😭😭😭 Waaqayyo guddaadha dhiiroo😭😭

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 Před 3 měsíci

    Waqaayyoo ayyaannaa isaa siif haa dabaluu ammasii ❤

  • @user-ni6pq4vs6i
    @user-ni6pq4vs6i Před 2 měsíci

    Waqaayyoo ayyaannaa isaa sifi haa dabaluu amasii❤❤❤❤😢😢

  • @binizwarrior1909
    @binizwarrior1909 Před 3 měsíci

    Ayii phawule bayyee 😢😢😢 na gaddisiiseera seenaan kee waaqayyo ammayyuu dachaa ayyaana isaa siif ha baayyisu.

  • @iftuu2554
    @iftuu2554 Před 3 měsíci

    Nama waqaayyoo dachaa si haa ebbisuu jabaa nama❤❤❤

  • @user-fy5fe6tj4r
    @user-fy5fe6tj4r Před 9 dny

    Ebbifamii si jaalana😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤

  • @FekedeAbera-ip2il
    @FekedeAbera-ip2il Před 3 měsíci

    God bless you really I respect you and appreciate you from the beginning

  • @meseretbeyene9836
    @meseretbeyene9836 Před 3 měsíci

    God bless you more and more Phawlee ❤❤❤❤

  • @tsehaygebremariam7966
    @tsehaygebremariam7966 Před 3 měsíci +1

    Ebifaami 🙏 🙏 🙏

  • @user-yb3ub8bq1e
    @user-yb3ub8bq1e Před 2 měsíci

    waqayoo sii haa eebbisu Ebbifami waqayoo akkaa namaa miti

  • @shalomjinenus2367
    @shalomjinenus2367 Před 3 měsíci +1

    Jesus ❤ wow
    Jenes hin qufnu nutti hin nufinu amma amma wamna maqaa fayina

  • @cphonetastic3994
    @cphonetastic3994 Před 3 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤faar phawulos nama bayyee fakkenyuumma jaba namaf ta'uudha farfaanawwan isaas ergawwaan farfaanawwaan isa keessa jiranis bayyee nama ebiisa ayyani WQY siif haa bayyatuu jaba keenyaa❤❤❤

  • @AtsedeYonas
    @AtsedeYonas Před 3 měsíci

    Farfannoota kee warra mootummaa waaqayyoo nama yaachisan sana

  • @Maria-rh2fh
    @Maria-rh2fh Před 2 měsíci +1

    Waqayyoo si haa'ebbisu sagaleen waqayyo " enyuuyu kirstoos yesuusin tanaan umamaa haraadha jedha"...,.. Hafuuri hama maqa yesuusin ifatame baha maler, nama waqayyo filate basaa miti. Warra fayina isaani shakkan, waqayyo isaanif haadhisu.

  • @endalkachewrikicho1564
    @endalkachewrikicho1564 Před 3 měsíci

    Nuu jiradhuu ,eebbifami

  • @adanuugalataaadanuugalataa6655

    Uffeeee namaan bayyee jalladhuu ❤🥰🥰🥰🥰

  • @user-mz9hh3rg8c
    @user-mz9hh3rg8c Před 3 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ebifama Ebifama Ebifama

  • @user-cq7ny7mh5u
    @user-cq7ny7mh5u Před 3 měsíci

    Phaawulos kenyaa uuuufffffff😢😢😢😢😢 dhugaa akkan sijaaladhuu amaayyuu🎉🎉🎉🎉 ebbiffaamii❤❤❤❤❤❤❤ ebbiffaamaa❤❤❤❤

  • @janatjana658
    @janatjana658 Před 3 měsíci

    Waqayo baraa jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii akksumasii wara tv mo,o ebbiffamaa

  • @birtukanteshoma3347
    @birtukanteshoma3347 Před 3 měsíci

    Uuuuuufyi dhugaa Namaan bayye jaaladhu❤❤❤❤❤ faruu isaa amaa amaa dedebiye dhagefadhu.dhugaa dacha dacha ebbifaami maqaa yesusin ❤❤❤❤❤

  • @tesfushibiruoffcial6421
    @tesfushibiruoffcial6421 Před 3 měsíci

    Eebbifami Hojjetaa Waaqayyoo!Farfannaa ati nuuf farfatteen Rakkinaa baayyyee keessa darbinee!Ayyaanni siif haa baayatu❤❤❤Baayyeen Si jaaladha❤

  • @JiraaAmayuuJiraaAmayuu
    @JiraaAmayuuJiraaAmayuu Před 3 měsíci

    Waqaayyo dhumaa kee barechuuf qormosii sit bayaatee namani qormsaa isaa mo'oyee dacha ebifamaa wowowowow bagaa waqaayyo ayanaa isaa sif bayisee ❤🎉❤🎉

  • @marthaatomssa9572
    @marthaatomssa9572 Před 3 měsíci

    Ufeeyyi Waaqaayyoot sia eebbisu Pawolekoo humuri dherra nuuf jiradhu 🙌🙌❤❤

  • @shibire7870
    @shibire7870 Před 3 měsíci

    Nama bay'ee jaalanu fi kabajinu farfataa ciima uuufffff waaqayyoo sanyii kee ha ebbisuu 😢❤❤❤

  • @user-sh6je7ko9n
    @user-sh6je7ko9n Před 3 měsíci

    Wwwwwooo yesuus goftadha Aaja'yibaa hojin waqayoo 😍 ebifamii nama jabaa kenyaa ayaan waqayoo sifa dabalamuu 🥰🥰🥰🥰♥️

  • @elsaykiflu24
    @elsaykiflu24 Před 3 měsíci

    Woooow amazing testimony may God you 🙏

  • @getahuntsegaye8863
    @getahuntsegaye8863 Před 10 dny

    Phaawuli Gooftan ayyaannaa Isaac dachas dachas sifii haawa

  • @ShaneeMucaakakuu
    @ShaneeMucaakakuu Před 3 měsíci

    Farfattaa phawlos nuufi jiraadhuu farrafannaa isaa baye jaladhaa waqayyo ayana kana caluu siif Haa dabalamuu maqa yesus ❤❤❤❤❤❤ Efe waqayyo bara kee Haa ebisuu ebifamii nama jabadha atii ❤❤❤❤❤

  • @magaaltube2022
    @magaaltube2022 Před 3 měsíci +1

    Hamman sijaaladhu😍😍😍😍😍

  • @SenaLeta
    @SenaLeta Před 3 měsíci

    Eebbii dhumaa hin qabnee sinf hata'uu dhugaa anilee naqamtettii phaawulosn arguuf yokn dubisuf wan ani hin goonnee hin jiru baayyy'een sijaladha jiradhu ❤❤❤❤❤

  • @takaludabalaa8968
    @takaludabalaa8968 Před 3 měsíci

    Ebiifamaa dachaan f/phalos farfanaa keessaa baayee jaaladhaa ayyaanii sinif haa baayatuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🤲🤲🤲🎤🎤📖📖😘😘😘

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 Před 3 měsíci

    Wawwwwooo 💥💥🥰

  • @bekanfeyisa6287
    @bekanfeyisa6287 Před 3 měsíci +3

    Uuuuuuuuuuuf gammadeen quufu dadhabe Paule koo sin jaaladha

  • @ayc1863
    @ayc1863 Před 3 měsíci

    Galatooma Warra Mo’aa! Farfataa Phawulos arguu kootti ganmadeera. Eebbi ke ammas itti haa dabaluu!

  • @user-pe1kd7jo9z
    @user-pe1kd7jo9z Před 3 měsíci

    Wowww waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa eebbisuu phaawulos❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏😘😘😍😍😍💕💕💕

  • @fgy6739
    @fgy6739 Před 3 měsíci

    Uuufffeeee waqayyoo bagaa sii gargaree ayyannisa siifhaa dadabalamu dachaadhan ammayyuu 😢😢😢❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @GeramuNegasa
    @GeramuNegasa Před 2 měsíci

    God bless you again and forever❤❤❤

  • @duressanurfeta5755
    @duressanurfeta5755 Před 3 měsíci

    Raajii qilleessaa fi haala ilaalee kan foonii raaju meeqaaf meeqatu jira kan keennaa WAAQAYYOO isa qulqulluu jaamsaa oolu. Abbaan kennaa kana inni cimsee si dhaabe Bara baraan haa eebbifamu!!! Jabaadhu!! Ammas bitatti mirgatti hin jedheen dubbii isaa irraa!!

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před 3 měsíci

    Naman baayee jalladhaa waqqayyoo bara jireenyaa keenyaa siinf haa ebbisuu♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @suradagne5
    @suradagne5 Před 3 měsíci

    Phawulee nama dubbii kiristoosin badhaadhe akkamittan akkan jaalladhu. Ayyaanni siif haa baay'atu ❤❤❤

  • @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    Uuffee Waaqayyoo Inni kana Hundumaa keessatti Jabeesse isini dhabee Haa galateeffamuu
    Waaqayyoo dinqiidha Waaqayyoo isini haa ebbisuu ebbifamaa hafaa Nama Waaqayyoo 🙏🙏🥰🥰 baayee nama Ajaaibaa Seenaani Jireenya keessani Abdii otoo hin kutataani Waaqayyootti hafani jiraachuu gargarsaa Waaqayyootti!!!

  • @user-ql3ji7pw3x
    @user-ql3ji7pw3x Před 3 měsíci

    Ayii waldaa kiristiyaanaa keessatti yeroo sanatu wanti akkas jiraachuun nama gaddisisaa

  • @FayeFaresa
    @FayeFaresa Před 3 měsíci

    Waaqayyoo si ha ebbiissuu baayee nama gadiisissa Garuu waaqayyoo isaa akaana barbaadaa gatamaaa lafa kasuu itti beeka😢😢😢😢 ebbiiffamii ayaannii isaa sif ha baay,atuu ammas❤❤❤❤❤

  • @DerartuNegero-mi1js
    @DerartuNegero-mi1js Před 14 dny

    Ammeen ammeen waqayoo gudadhaa

  • @user-pn9mk1mf6y
    @user-pn9mk1mf6y Před 3 měsíci +1

    phawile nama waqeyo ebifamii❤❤❤

  • @feyineafeta9112
    @feyineafeta9112 Před 3 měsíci

    Ayyiiii phawule siin jaladha ebbiffamii. Obeleessako❤❤❤❤

  • @ChalaAdisu-vm5vl
    @ChalaAdisu-vm5vl Před 3 měsíci

    Eebbifamaa

  • @AlamineshCaalii
    @AlamineshCaalii Před 3 měsíci

    waqayyoo baraf jirenyaa kee haa eebbisuu namaa bayy'ee fakkenyaa kaan tate eebbifammii namaa kabajamaa 🎉❤❤

  • @CaalchiseeBaacaa-wk1zw
    @CaalchiseeBaacaa-wk1zw Před 3 měsíci

    Waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama Eebbifama nama waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤ Farfaata jalaatama Nama waaqayyoo

  • @ZedTulu
    @ZedTulu Před 3 měsíci

    Ameee Ameee Ameee Ameee Ameee ebiifaamii namaa waqaayyoo barafii jirnyiikee haebiifaamuu ❤❤

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz Před 3 měsíci

    Farfanaan kee naf adda Ebbiffamii nama waqayoo ebbiffama mo.aatv ❤❤❤❤❤❤❤ naman Bay ee ♥️jaladhuu phaulos nama jabadhaa❤❤

  • @user-ql3ji7pw3x
    @user-ql3ji7pw3x Před 3 měsíci

    Alamuu Mokoonin nuuf fidaa pels🥰

  • @user-yd1kq9tu5g
    @user-yd1kq9tu5g Před 3 měsíci +1

    Waaqayyoo seennaa jijjira atii nama cimmaadha hubaataf oggeessaa nama wan hedduu siirra baranee farfannakee farfacha guddanee kan amanatee kan hin amananneeree farfana kee farfata

  • @user-lb8zv1ed2j
    @user-lb8zv1ed2j Před 3 měsíci

    Farfata phaalwos ebbifamii ebbifamii umurii dheraa nuuf jiradhuu

  • @KonoSister
    @KonoSister Před 3 měsíci

    Phawule.dhugaa Galataa guda nuu irraa qaba waqqini Kenya Akka dhunifatifi Akka biyyati galatoma.atis wari mo'aas saganita qopha'efii.

  • @gamtessabelay5828
    @gamtessabelay5828 Před 3 měsíci

    Eebbiifamii waqayyoo si haa eebisuu Nama waqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lemibeka3122
    @lemibeka3122 Před 3 měsíci

    Nama waaqayyoo baayyee si jaallanna, Ayyaanni waaqayyoo ammallee siif haa dabalamu! Faarsaa kee dhaggeeffadhee hin quufu.

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya1947 Před 3 měsíci

    Ebifamaa ebifamaa ebifamaa nama waqayyo
    Jabaa namaa ayyanii sifi habayyatuu ❤❤❤🙏🙏

  • @user-gg7px1wy2d
    @user-gg7px1wy2d Před 3 měsíci

    Uuuuuufffee waqayo dandadha dhuga dubachuf farfata kana bayen jaladhaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @aboneabone1731
    @aboneabone1731 Před 3 měsíci

    Barikefiii jirenyii keee haebifamuu amayuuu ebbifamaa kooo waqayoo esaa namaa fudhee esanamakaa dhugaaa galatasaa 😢😢😢😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @bontumitiku9101
    @bontumitiku9101 Před 3 měsíci

    Uuuu phawulos nama addadha ati

  • @aragusori5021
    @aragusori5021 Před 3 měsíci

    Phaawule naman bayyee jallaadhuu ayyanisaa dachaa siif haa dabalamuu.

  • @surahope9765
    @surahope9765 Před 3 měsíci

    Paule ati bu'aa waldaa kiristaanatti.... waaqayyoo ayyaana siif haa baay'isuu... ati nama jaalatamaadha❤

  • @misganaadugna5472
    @misganaadugna5472 Před 3 měsíci

    Well come ! Nama jabaa keenya

  • @HawiIrko
    @HawiIrko Před 3 měsíci

    Nama baye'ee kabaju goftan koo si ebbisu 🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @GelaneHirpsha
    @GelaneHirpsha Před 3 měsíci

    Ammale dacha ebifami p❤

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 Před 3 měsíci

    Naman baay'ee jalladhuu ❤❤❤ebbifamaa waqaayoo isin haa ebbisuuu ❤❤❤❤

  • @Hayuna5
    @Hayuna5 Před 3 měsíci

    Nama jaallatamaa❤️❤️❤️

  • @user-by7rv1of3v
    @user-by7rv1of3v Před 3 měsíci

    Phaawuloos baay'ee si jaalanna.❤❤❤❤❤❤❤

  • @Kkw-ii9wy
    @Kkw-ii9wy Před 3 měsíci +1

    Ameeeeeeeeeeeeeen
    Ameeeeeeeeeeeèen
    Ameèen

  • @yohannestekalegn6740
    @yohannestekalegn6740 Před 3 měsíci

    Eebbifami paawuleekoo❤ Ati eebba keenya❤❤

  • @meseretdegefa2492
    @meseretdegefa2492 Před 2 měsíci

    Waaqyyo dachaa dachaa si yaa eebbisu!!!

  • @SebontuSenbeta
    @SebontuSenbeta Před 3 měsíci

    Eebbifami nama waaqayyoo

  • @yesusguda2145
    @yesusguda2145 Před 3 měsíci

    Waaqayoo guddaa sinaa eebbisuu farfaata keenyaa ❤

  • @christhomas6893
    @christhomas6893 Před 3 měsíci

    Inni si dibe, inni si dhaabe, bu’aa bayii baayyee keessa dabarsee kan asiin si ga’e, saba waaqayyoo tiif eebba kan si godhe, Waaqayyo ha eebbifamu

  • @user-yd1kq9tu5g
    @user-yd1kq9tu5g Před 3 měsíci

    Siyaasa hin gafattiina iloollee keenyaa 🎈

  • @user-rw2mm8xf2r
    @user-rw2mm8xf2r Před 3 měsíci

    Eebbifami waaqayyoo isa guyyaa har'aa argeera

  • @GemechuAyano-nq9iv
    @GemechuAyano-nq9iv Před 2 měsíci

    Ameen Ameen yesus Goofta dha.

  • @DooBaa-xb1vs
    @DooBaa-xb1vs Před 3 měsíci

    Empira, Ethiopia, waggaa 3k, kana sana kan jedhuu dubbiii siyaasaa dhiisaa. Waaqayyoon callisnee galateeffana. Dhugabaatii tajaajila "mucaa kaayyoo" ilaalchisee qaba.

  • @obsemucaakakuu6193
    @obsemucaakakuu6193 Před 3 měsíci

    Wowo congratulations 🎊 👏 🥳 iyasusii yaa ulfatuu

  • @UsA-mn3jd
    @UsA-mn3jd Před 3 měsíci

    Ebbifami nama waaqayyoo

  • @meseretufgae6256
    @meseretufgae6256 Před 3 měsíci

    Phawulee keenya Nuuf jiraadhu ammayyuu . Gooftaan waan dinqii siif godhe

  • @elsaelsi8464
    @elsaelsi8464 Před 3 měsíci

    wow paul ❤❤❤❤❤❤❤

  • @gemechisteshome6666
    @gemechisteshome6666 Před 3 měsíci

    Ani phaawuloos faana bara 1996 laga awaash jedhamurratti yaadannoo guddaan qaba. Jawwee baayyee guddaa gaafa sana faarfannaa irratti farfanne sana akkam goote naajedha? Ani barsiisaa ijoollee karrayyuun mana barumsaa Dheebittiin ture.

  • @fordosadanech5309
    @fordosadanech5309 Před 3 měsíci

    Wwwwwwooo waaqayyoo goftaa dachaa isnii haa ebisuu bayyee sini jalanaa

  • @gemechuamenu
    @gemechuamenu Před 3 měsíci

    Gooftaan sii haa eebisuu

  • @gaaddisaodaa448
    @gaaddisaodaa448 Před 3 měsíci

    Geggeessitoota waldaa kiristiyaana iji jaamaatu nama dura deemaa ture.baga waaqayyoo si mullisi!

  • @gadisagirmaye8569
    @gadisagirmaye8569 Před 3 měsíci

    Waaqayyo si haa eebbisu paawuloos, albeema haaraa isaa osoo nuuf dabaltee baay'ee nutti tola.

  • @user-gr7it8xv2g
    @user-gr7it8xv2g Před 3 měsíci

    GoftaaOssohinArgatiin.Faaruuisaa.dhagayaatureebaayyeenEbbifamii❤❤❤

  • @fgy6739
    @fgy6739 Před 3 měsíci

    Wowow wowowow 🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤🎉❤🎉❤😢😢😢❤❤🎉🎉

  • @burtukanasefa6069
    @burtukanasefa6069 Před 3 měsíci

    Wowo❤

  • @fiqaduu
    @fiqaduu Před 3 měsíci

    Uuuuuuuuuuffffffffeeeeee uuuuuuuuuuffffffffeeeeee bagaa waqayyoo sii gargaree namaa waqayyoo ebbifamaa maqaa yesusin ebbifamaa dachaa dachaa ebbifamaa ❤️❤️❤️❤️❤️🎹🎹🎹🎹🎹🎧🎧🎧🎧🎤🎤👊👊📚📚📚📚📚✅✅✅✅🎤🎸🎸🎸🎸🎸🎸

  • @MitikuGudina-og4pf
    @MitikuGudina-og4pf Před 3 měsíci

    Baay'ee waan garaa namatu hasee.waaqayyoo baraa Kee haafee waaqanii sif haa ebbifamu namaa waaqayyoo.