Video není dostupné.
Omlouváme se.

EGEREE COMEDY: SIRNAKKOO EP 15/DOSEE

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 14. 05. 2022
  • ONLY ON EGEREE MEDIA
    Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
    Follow us on:
    Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
    / egereemedia
    Telegram channel
    t.me/EgereeMed...
    Telegram group
    t.me/EgereeNew...

Komentáře • 294

  • @zeddwallaggaa3076
    @zeddwallaggaa3076 Před 2 lety +24

    Qeerroo keenya baga nagaan dhuftanii ❤💚❤mee warrii akkakoo jaallatani 👍

    • @urjiitube
      @urjiitube Před 2 lety

      Qaali koo maati naaf ta.i

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety +1

      Zed maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️

    • @hiratube6076
      @hiratube6076 Před 2 lety

      Anaka kan tae egun oboletikoo matti naf ta'ai anis oro saba keti subscribe naf godhi na jabesi qali sabontu wallagga koo

    • @hiratube6076
      @hiratube6076 Před 2 lety

      @@urjiitube matti naf tai giftikoo anilen sif ta'era

    • @hiratube6076
      @hiratube6076 Před 2 lety

      @@RoyalTeam1290 mati naf tai orokoo qaqaliwan koo anile sif taera 😘

  • @firomsismeseret
    @firomsismeseret Před 2 lety +16

    namootni baay'een keessan ...sagalee fi walaloo kee akka dammaatti minyaa'u sana qabattee eessatti badde warra jettaniif ..kunoo ani obboleessi keessan yuutuubii haaraa banadhee deebi'ee dhufee jira....amma na argachuu dandeessu ..saba qaaliikoo...asumaanillee SUBSCRIBE naaaf godhaa ...qomoo🥰😍😍🥰🥰🥰

  • @mariamabate1788
    @mariamabate1788 Před 2 lety +1

    wooow Dinagdee dhumarrattimmoo adduma gooteem
    naa jiraadhaa isinan jaalladhaa

    • @duressagerbiyoutubechannel55
      @duressagerbiyoutubechannel55 Před 2 lety

      Good comment. I have already subscribed your you tube channel. you are also kindly requested to do so.

  • @mameoro8170
    @mameoro8170 Před 2 lety +2

    Ummata kiyya qashxii maatii naaf tahaa galatoomaa 🙏🏾

  • @sanchomaaaaa393
    @sanchomaaaaa393 Před 2 lety +1

    Heddu miidhaga dhugaa ,garuu xiqqoo walirra buta buta hojjadha video tokkorra hin turiina ,walgahiidhuma pp nutti akka hin taane❤️❤️❤️💚💚❤️❤️❤️

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Před 2 lety +3

    Nuuf jiraadha umurii dheeraa obboloota koo 🙏❤😍😍🥰🐅👍👍

  • @yeroonkeenboni7701
    @yeroonkeenboni7701 Před 2 lety +2

    Wayyoo gara ko kkkkkkkkkkkk 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯💯waaqqayyoo goftaan nagati jireenyaa keessan ha egguu qalliwwaan keenyaaa

  • @amantifikiru5630
    @amantifikiru5630 Před 2 lety +2

    Comedy isin harkaa wal dhugaa jira
    Hin quuftani kanaafi

  • @basmab3463
    @basmab3463 Před 2 lety +1

    Wayoo Gara koo diingadee osoo isaa walnyataan jiranuu innii ninyataa siilaas warra waall nyatuu keesaa waa nyatuu jedhe welisaan 😢🤣🤣🤣🤣✌️👌✊

  • @workidebele915
    @workidebele915 Před 2 lety +1

    Nuufi jiraadhaa qaqaliwwani koo baayyee isinii jalaanaa🥰💚❤

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety +1

    Jabadhaa obolewaan koo bay.ee garidhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bashatuubashat3082
    @bashatuubashat3082 Před 2 lety +2

    Jabadhaa bay.ee namattii tolaa nuuf jiradhaa qaqaliiwwaan kenyaa ❤❤❤

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      bashatu oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

    • @olinufseifu3756
      @olinufseifu3756 Před 2 lety

      🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @xajjeebaqqalaa3796
    @xajjeebaqqalaa3796 Před 2 lety +1

    Bg nagaan dhuftaan qaqaliwaan kenyaa nuuf jiraadha ❤️❤️❤️

  • @rabeiwalega148
    @rabeiwalega148 Před 2 lety +3

    Kkkkkkkk jabadha sanyii koo❤🧡💛💛

  • @user-sy1zl5dj5l
    @user-sy1zl5dj5l Před 2 lety

    wowowow wellcome
    waqayyoo siin haa ebbisuu dhugaa dubachuun kan akka keessiin natii toluu hin jiruu🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯❤️❤️👈👈

  • @samuelsolomonshawul5777

    Nuuf jabaadhaa hojii boonsaa hojjechaa jirtuu,isin jaalladha

  • @SirajBadhasooroyouTube

    Wow wow jabadhaa maatii naa ta.aa saanyiiwwan kiyyaa worrii asii jalaa jiritaan hundi kessaanuu nuu guddisaa wal guddisnuu Aadaa kenyaa oromoo tiyyaa

  • @dhebuubiilisummaa2132
    @dhebuubiilisummaa2132 Před 2 lety

    Waaw nuuf jiradhaa isin jaalannaa bayyee

  • @afiiznuuru754
    @afiiznuuru754 Před 2 lety +1

    Welcome back Aanaa dhufu ashama akkam kolfaa baraannerra galatooma

  • @abdiolana630
    @abdiolana630 Před 2 lety

    Dabalaa deemaa malee! Kana boodaa waanti isin dhiyeessitan qulqullinni isaa hawwatamuu qaba. Akkaata isin eegnuun olitti kottaa malee gadi buusaa hin deeminaa 🙏🙏🙏🙏

  • @motulema7465
    @motulema7465 Před rokem

    Hojin kechaan hundumtu nama koolfisissa kkkkkkk Ebbifamaa 👍👍❤️❤️❤️❤️

  • @hanehabetu7132
    @hanehabetu7132 Před 2 lety

    Nuu jiraadhaa ijoolewwaan kenyaa

  • @qannooqananiiofficials1318

    wow!! jaalladheera dhugaa!

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 Před 2 lety

    Wayyoo oromoo Koo bagaa nagaan dhuftaanii,,😍😍😍😍🤔 dinagdee garaa lafeessaa Koo ,,

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏🙏❤️

  • @senamedianetworksmn8540
    @senamedianetworksmn8540 Před 2 lety +2

    WOooww eduu namatti tola

  • @hanniishawatube6604
    @hanniishawatube6604 Před 2 lety +1

    Bagaa nagani dhufitani ijolee kenyaa like 👍

  • @besheamitiku3938
    @besheamitiku3938 Před 2 lety

    Waaqa garaa gurraachaa ati nu baraari. Muuziin eessaa rakasee?! Maaloo Eebbaa naa gaafadhaa.Bashannansiisaa barsiisuu, qeequu, gorsuu fi dhugaa jireenyaa agarsiisuun isinirraa bareeda.Jabaadhaa!
    Guys, you are amazing.

  • @ibrooshaxaatube7987
    @ibrooshaxaatube7987 Před 2 lety +1

    Kkkkkk bayyee ciccimoodha isin dhugaa

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 2 lety

    Garuu dhugaa waanumaa jiruudha kabaadha

  • @gamachisragasa9157
    @gamachisragasa9157 Před 2 lety +1

    Jibrill deebi'ee hin dhufnee maalooo, Interneetii fayyadamuuf

  • @lilifirdissa2451
    @lilifirdissa2451 Před 2 lety +1

    Woww baa'yee namati tolaa jabadha qalii wanko ❤❤❤💚❤

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 Před 2 lety +1

      Liliye lubu mati naf tayi habibti

    • @SirajBadhasooroyouTube
      @SirajBadhasooroyouTube Před 2 lety

      Maatii naa ta.ii saanyii tiyyaa

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      lili oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @aberashibsitutesfahun9297

    Eebbatu baay'ee na kolfisise dhugaa

  • @tamkinkamal1723
    @tamkinkamal1723 Před 2 lety

    Kkkkk hinuma taate nuuf galte nuuf jiraadhaa

  • @ababatsgaye2759
    @ababatsgaye2759 Před 2 lety

    Welcome sinaakoo baga nagan dhuftaanii bayee isini jaladha🌷🌷

  • @kirstanumajirenya3389
    @kirstanumajirenya3389 Před 2 lety

    Jabadha qaxaale wwaani kenyaa

  • @lidiyaidosa5949
    @lidiyaidosa5949 Před 2 lety

    bayyee isin jalladha,ijjollee wallaggaa kooo

  • @gemechuwakjira5398
    @gemechuwakjira5398 Před 2 lety

    Baayyee namatii tolaa baayyee nama boharsaa

  • @mulugetaabdeta4742
    @mulugetaabdeta4742 Před 2 lety

    Bayyee namtii tolaa.

  • @amanwoshe2309
    @amanwoshe2309 Před 2 lety +1

    OMG , you guys are great, you made my day. Dramaan keessan suusi na qabsiise akkuma lammaa magarsaa xoophiyaarra suusaye

  • @shukaretasisa1329
    @shukaretasisa1329 Před 2 lety

    bagaa nagaan dhuftan!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @hundrssashulbo7277
    @hundrssashulbo7277 Před 2 lety +1

    Nuuf jiraadhaa

  • @sinaderge7114
    @sinaderge7114 Před 2 lety +1

    Kkkkkk 😂 nuf jiraadhaa ❤️💚❤️

    • @barruuentertainment5257
      @barruuentertainment5257 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥💚♥

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      sinan oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @Sada-hh9ld
    @Sada-hh9ld Před 2 lety +2

    Ijoolee wallaagga koo ❤️

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      sada oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @sarawaqayyoogariidhaa1501

    🤣🤣🤣🤣 wayii dinagdee muzii lafaraa xaradeem dhugaa bayy'ee namati toltuu nuf jiradhaa ❤❤❤

  • @mesadagne8743
    @mesadagne8743 Před 2 lety

    Hhhhhhh ergaa ajayibaa qabaa dhugaa nu jiradhaaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @MubeTube7979
    @MubeTube7979 Před 2 lety

    Bayee nama tolatan jabadha

  • @new_oromo_musics
    @new_oromo_musics Před 2 lety +1

    Jaboo keenya siniin Ilkaan keenya argamam🖤🤍♥️🖤🤍♥️🖤🤍♥️
    Maatii nuf ta'a.🙏

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️🙏

  • @jubedajubeda1943
    @jubedajubeda1943 Před 2 lety

    Namaa buhaarsaa jabaadha

  • @jiituuoromiyaa7086
    @jiituuoromiyaa7086 Před 2 lety

    Jabadhaa bayyee namaa Gamachistuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha3303 Před 2 lety

    Bagaa nagaan dhufita qaaqaliiwan tenyaa baay ee isin jaalan jabadha

  • @muletube9045
    @muletube9045 Před 2 lety +1

    Maal jechuu dha....😂😂😂😂😂

  • @sanyiiyesuus4735
    @sanyiiyesuus4735 Před 2 lety +1

    Haalaan nama bohaarsa!

  • @yohannesmosisa4575
    @yohannesmosisa4575 Před 2 lety +1

    Akkan itti isin jaaladhumee👌

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      yohanes oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @BiyanshiBoro
    @BiyanshiBoro Před rokem

    Ebifamaa 😂😂😂😂😂

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Před 2 lety

    Bay'ee namatti toltuu dhugaa
    ♥️♥️💚💚💚♥️♥️✅🙏

  • @firaolgemechis2327
    @firaolgemechis2327 Před 2 lety +1

    maal jechuu dha kunii 😂😂😂😂😂

  • @chaltuhirpasa2299
    @chaltuhirpasa2299 Před 2 lety

    🤣🤣🤣🤣🤣 wayyoo garaa koo

  • @shibershiber6288
    @shibershiber6288 Před 2 lety +1

    Ana dhuufu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @nasradinabdu6405
    @nasradinabdu6405 Před 2 lety

    tokkofaadh ijoolle jabaadha

  • @seenaakeebekii7820
    @seenaakeebekii7820 Před 2 lety

    Jajjabekooo nuuf jiradhaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @adarashumotuma4500
    @adarashumotuma4500 Před 2 lety +1

    Kkkkk hojii keessaani nyaadha.

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 2 lety

    Ergaa gaarii nuuf dabaarsa jirtuu

  • @olinufseifu3756
    @olinufseifu3756 Před 2 lety

    Nufii jiradhaa sanyii wanii koo bayee namatii toltuu

  • @user-bn9hn3ov2r
    @user-bn9hn3ov2r Před 2 lety

    Jabadha

  • @temesgengadisa2012
    @temesgengadisa2012 Před 2 lety

    Namatti tola qaxaleewwan keenya, Jabaadhaa🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼👌👌👌

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      temesgen oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @meetiitolera8914
    @meetiitolera8914 Před 2 lety

    Qaaliwwaan koo bagaa nagahan dhufta😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @sanyiikiyuu5382
    @sanyiikiyuu5382 Před 2 lety

    Wawuuuuuuuu qaxalewan kenyaa jabadhaa

  • @senabirato775
    @senabirato775 Před 2 lety +1

    Hhhhhhh wayyoo Dinagde!!!

  • @musicforpurpose1842
    @musicforpurpose1842 Před 2 lety

    Ijoollee keeny baay'ee gaariidha !
    Galatoomaa

  • @waliinentertainment
    @waliinentertainment Před 2 lety

    qaxaleewwan sabaa jabaadhaa

  • @kirstanumajirenya3389
    @kirstanumajirenya3389 Před 2 lety

    Ayiiii dingadee 😃😃😃😃

  • @meremaymuse2354
    @meremaymuse2354 Před 2 lety +3

    በጣም ወደቻሎ ተባራኩዉ

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      meremay oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @danielmotuma
    @danielmotuma Před 2 lety

    Hhhhhhh Eebbaan muuzii dhuube

  • @marymay6518
    @marymay6518 Před 2 lety +1

    🥰ariitiidhaan duutii sitti haa dhufuu🤣

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před 2 lety +1

    Nuu jiradhaa 🥰🥰❤️💚♥️💪💋❤️❤️

  • @Daadhii1320
    @Daadhii1320 Před 2 lety +2

    Kkkkk🤣🤣

  • @Cristianoronaldo-zq5sy

    Abeet siyaasa

  • @mimi-mu1yd
    @mimi-mu1yd Před 2 lety +1

    Jabaadha 💝💝💝💝❤❤

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      mimi oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @guddaankiristoosiamen8393

    Utuu laaliin like gochuun Eegalaa maaloo🤦‍♀️

  • @sanyiigalata3442
    @sanyiigalata3442 Před 2 lety

    Baga nagaan dhuftan

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏🙏❤️

  • @bereketnegn6480
    @bereketnegn6480 Před 2 lety +1

    Hedduu namatti toltume ❤️

  • @kayotube4339
    @kayotube4339 Před 2 lety

    arraddi dinagde kan ummaatatim

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️🙏

  • @nwmnewworkmidia9722
    @nwmnewworkmidia9722 Před 2 lety

    Amma maaltu kolfaan wal ajjeesuu fidee utuun kophaa koon ilaalaa jiraadhe gaggabee hafeeraka

  • @sudiibulchaa3560
    @sudiibulchaa3560 Před rokem

    Wwwwoooo ❤

  • @seenaatube4709
    @seenaatube4709 Před 2 lety

    Nuf jiradhaa dhugaa qosaa fakkata garuu barumsaa hedduu qaba... Wanumaa Jireenya sabaa kenyaa kanaa nuf ibsitan

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před 2 lety

    diinagdee dhugaa dha inni😂😂😂😂

  • @jafarjima7107
    @jafarjima7107 Před 2 lety +1

    Dhugaa jete

  • @abrahamdemesa7042
    @abrahamdemesa7042 Před 2 lety

    Ijoollee keenya isiin jaalana

  • @lalisabane8023
    @lalisabane8023 Před 2 lety

    Natti toltan ijoollee teenya-araada natti taatan!

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️

    • @urjiitube
      @urjiitube Před 2 lety

      Qaali koo maati naaf ta.i please

  • @mergemulatu7820
    @mergemulatu7820 Před 2 lety

    Kkk kan sidhibee sin dhiisne

  • @sabonnalove6434
    @sabonnalove6434 Před 2 lety +2

    #sabona tube

    • @karizmamega524
      @karizmamega524 Před 2 lety

      🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😀💯💯💯💯💯💯

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏🙏❤️

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      @@karizmamega524 maati naaf ta'i please 🙏🙏🙏

  • @yisaktarekegn8281
    @yisaktarekegn8281 Před 2 lety

    Wow waca uumataa🙈🙈😁😁😁😁💪💪💪✌️✌️🤙🤙

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      yisak oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @masaratfirrisaa8392
    @masaratfirrisaa8392 Před 2 lety

    Ergaa guddaa qabaa !

  • @naimaaarsii1511
    @naimaaarsii1511 Před 2 lety

    Jaabadha laammii koo baayee isin jaaladha qoomoowan koo

  • @Firiyyeshawa3764
    @Firiyyeshawa3764 Před 2 lety

    Diino koo bayyen onne korra si jaladhaa yene fikir

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏❤️🙏🥺

  • @mulugetanegesu4129
    @mulugetanegesu4129 Před 2 lety

    Galatoomaa!!!!

  • @orosdalyrics6383
    @orosdalyrics6383 Před 2 lety +1

    Jabaadhaa

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️🙏

  • @yohannesmosisa4575
    @yohannesmosisa4575 Před 2 lety

    Maal jechuudha?????kennaa🙏😆😆😆😆

  • @senaa2350
    @senaa2350 Před 2 lety

    Wowowow Qaqaliwaankoo 💘💘💘💘🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💘💘❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️💓💓💓💝💝💝💝

    • @SirajBadhasooroyouTube
      @SirajBadhasooroyouTube Před 2 lety

      Maatii naa ta.ii saanyii tiyyaa

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      sena oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka ani comedian dawit jedhama
      maatii naaf ta'uun najajjabeesi
      czcams.com/video/b18pBe44xpQ/video.html

  • @finfinneefinfinnee5777

    Dinagdee koo🥰