GALAA ENTERTAIMENT: New oromo comedy

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024

Komentáře • 210

  • @afdalbaraqa2683
    @afdalbaraqa2683 Před 2 lety +4

    Joollee teenna baayyee nama bashannansiistu akkasuma dandeettii cimaa qabduu itti fayyadama waan gudda dalaguu dandeettuu fuuldura keessanitti haaluma kanaan itti fufaa isin waliin jirraa

  • @hfng9197
    @hfng9197 Před 2 lety +5

    Wow wow mucaa
    ilkaan cabduu sana dhugaa
    bayye natti tolta😍😍🙊

    • @saambeentertainment
      @saambeentertainment Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii🙏❤❤❤❤

  • @jemalhaji9468
    @jemalhaji9468 Před 2 lety +2

    Jabaadha ijoollee oromoo isin jaallana shashamane irra

  • @hawwiijesus201
    @hawwiijesus201 Před 2 lety +1

    Jabaadha hojiin keessa. Heduu barsiisa , bashanansisas ♥️♥️heduun isiin jaaladha jaabadha itti fufaa Qaalliiwwankoo

  • @duressanurfeta5755
    @duressanurfeta5755 Před 2 lety +1

    Waanuma nama ajaa'ibu warra keenya! Jabaadhaa! Rooba keessa waa'ee bakkakkaa hin dubbatan jedhan. Ahaaaa !Eheeeeeheee! Yoo kan dhagahu jiraateef itti himtaniittu! Qaxaloota ijoollee!!!

  • @rozaoromo217
    @rozaoromo217 Před 2 lety +1

    Free ijollee tana jechuu hin danddeenyu ta'aa lakkaa ahhhhh baayyee isin jaaladhaa garuu 🥰🥰🥰

  • @sifaanqananii7850
    @sifaanqananii7850 Před 2 lety +6

    Ijoollee qaalii jabaadha🥰😍

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii🙏🙏❤❤❤❤

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 Před 2 lety +16

    Dhaloonni kaleessaas kan har'aa qofaa miti, isin irraa yoo taa'an waa baratu. Isin hojii guddaa rasaasa caalaa sagalee qabu, ergaa dabarse hojjettani. Maaliif yoo jettan, isin Uummata, Uummanni isini, dha'annaa Onnee Uummataa karaa mul'ataa fi dhokataadhaan erga dabarsitani, cichaa fi eejjennoo keessan agarsiistan. Abbaan yoo darbeyyuu Aartiin dhalootatti darba, dhaloota akkasii waaqni Oromoo daabalee nuuf haa kennu.
    Industryn Aartii fi film oromoo dadhabaadha. Kun ammoo state integration waan dhabeef, namoonni akka keessanii kun egaa aartichi fuulduratti akka dhufuufi deeggarsa argatuuf irratti hojechuun barbaachisaadha. Ammas dhimmota erga dabarsan akkasiirratti xiyyeeffachaa, Uummanni hawwiin akka isin eegu gochuu ni dandeessu. Galanni keessan bilisummaan ha deebi'u, ''Galaa Entertainment''

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

    • @workubirhane1945
      @workubirhane1945 Před rokem

      Karaan kee HAA Ebbiffammuu 💜💜💜🙏🙏🙏

  • @shibireshifara3805
    @shibireshifara3805 Před rokem

    uuffaa dhuga kemediin kessan bayee namat tolaa jabadhaa

  • @nireeumer7790
    @nireeumer7790 Před rokem

    Abushii asileee dhufeee bohee jiraaa 😂wow bayee nama tolaaaa

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před 2 lety +4

    Bayyee namatii tolaa jabadhaa 🥰🥰
    Qaliiwaan kenyaa ❤️

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      @Yoni Tube1 Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 2 lety +1

    Dansaadha. Continue more language....... Jajjabaadhu.#galaa

  • @yfefur3854
    @yfefur3854 Před 2 lety

    Bayye garidha itti fufaa ijolle kenya

  • @metiiabebe4055
    @metiiabebe4055 Před 2 lety

    Dhugaa dubachuf wan guddaa isinira egna gara fuldurati jabadhaa
    My God bless you

  • @jaarraabirhaanuu1915
    @jaarraabirhaanuu1915 Před 2 lety +3

    ergaa cimaa wayiiti! 😁
    Jabaadhaa qaaliwwan keenya.

  • @nuurtube-nt
    @nuurtube-nt Před 2 lety +4

    Wow baay'ee ittiin bohaarre😁😁

  • @samielektronics2023
    @samielektronics2023 Před 2 lety +2

    Habasha Quncisanii Nyaatuu🤣🤣

  • @shagekalifa5189
    @shagekalifa5189 Před 2 lety +3

    Ayiii qirfee dhaggefachufu
    Hin tatanu jedhamtanii 🤣🤣🤣
    Bayee gariidha jabaadha ♥️♥️

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

    • @shagekalifa5189
      @shagekalifa5189 Před 2 lety

      @@hawioromtititube Tolee
      Sif godhera

  • @sabontuuoromoo7289
    @sabontuuoromoo7289 Před 2 lety +3

    Baay'ee namati toltuu dhugaa ❤️❤️🌹💐😁😁😀😀😁😁🤣🤣

  • @bashatuubashat3082
    @bashatuubashat3082 Před 2 lety +2

    Waaaawwwoo jabadhaa qaqaliiwwaan kenyaa ❤❤❤❤

  • @sholeemusic4663
    @sholeemusic4663 Před 2 lety +1

    Waw One best

  • @ramadain420a4
    @ramadain420a4 Před 2 lety +1

    Baayee nutii tolee jiraa jabadhaa 😁😆😆😋

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

  • @ayantokumarra8321
    @ayantokumarra8321 Před 2 lety +2

    Kkkkkkkkkk uuuuuuuu kolffaan dhumnnee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏

  • @abubakirhafiz658
    @abubakirhafiz658 Před rokem

    Waraabessi Abashaa si nyaatte .lubbuu kee haa jannatu

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před 2 lety +6

    Well come
    Bgaa nagan dhuftanii
    Ilalee fixen comment xafaa ❤️

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

  • @sabontuuoromoo7289
    @sabontuuoromoo7289 Před 2 lety +1

    Malif gaatuu tatee malif hatuu tatee🤣😁😁🙄😁🤣🤣

  • @beckika
    @beckika Před 2 lety +2

    Waaaw, jabaadhaa dhugaa!😍✊

    • @saambeentertainment
      @saambeentertainment Před 2 lety +1

      Maatii naaf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety +1

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

  • @asiyaaoro6652
    @asiyaaoro6652 Před 2 lety +2

    Bayyee Namattii toltuu❤️❤️❤️❤️😂😂😂Jabadhaa 😂😂😂❤️

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏

  • @falmatamoti3764
    @falmatamoti3764 Před 2 lety +2

    Habashaa quncisanii nyaatu;namatti tola

  • @milkiofficialyoutube7642

    Jabaadhu

  • @senaajireenyameroontiyaa4157

    Dhugaa dha inafadhan si jala hanbisaniru mal godhamakaa😢😭😭😭🙏

  • @gaaddiseetube6361
    @gaaddiseetube6361 Před 2 lety +1

    Wwwoooo baayyee namati tola jabaadha 😃❤❤❤

    • @gaaddiseetube6361
      @gaaddiseetube6361 Před 2 lety

      @Yoni Tube1 ok

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏🙏

  • @moosisoromoo4898
    @moosisoromoo4898 Před 2 lety +2

    Jajjabbaadha abdii sabaa 💔💔🙏

  • @kooketi7326
    @kooketi7326 Před rokem

    woyyoo abush😂😂😂

  • @kedijakumera7295
    @kedijakumera7295 Před 2 lety +2

    Danu, Sami fi sora akkan itti isin jaalladhu 🥰🥰🥰🥰

    • @saambeentertainment
      @saambeentertainment Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏❤

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      @@saambeentertainment Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏

    • @kedijakumera7295
      @kedijakumera7295 Před 2 lety

      @@hawioromtititube OK qaaliii

  • @debisatilahun9236
    @debisatilahun9236 Před rokem +1

    Goodforseeit!

  • @workubirhane1945
    @workubirhane1945 Před rokem

    Baraa JIRENYAA KEE HAA EEBBISSUU 🙏❣️🙏❣️😱😱😱🙋🙋🙋

  • @obosashobbee5455
    @obosashobbee5455 Před 2 lety

    Woowwoo hojii gaariidha jabadha

  • @aniyaahimed3479
    @aniyaahimed3479 Před rokem

    Very good

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb Před 2 lety +3

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤💚Love it 😍

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏🙏

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety

    Jabadhaa bay.ee namatii toltanii it fufaa kkkkkkkkkk

  • @user-dm6zx9fz9maakida
    @user-dm6zx9fz9maakida Před 2 lety

    Bay'ee namaa tolotuu jabadhaa 💪💪💪

  • @desitagemechu5153
    @desitagemechu5153 Před 2 lety +3

    I proud of you brother thanks so much

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa4299 Před rokem

    😢😢😢😢😢 ayyii yaa oromo namaa akkan dhabuu keenyaa gada guddaadha

  • @israelshibiru6491
    @israelshibiru6491 Před rokem

    Fayisa Lee hhhhhh😭😭😭😭

  • @madinataju7355
    @madinataju7355 Před 2 lety +1

    Hhhhh very funny teddyioo hhhh

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

  • @alexssolomon1823
    @alexssolomon1823 Před 2 lety +1

    it's
    Amazing keep it up

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏

    • @biftutube5121
      @biftutube5121 Před rokem

      Sanyii koo maamila (Subscribe) ta'uun na gargaarii

    • @alexssolomon1823
      @alexssolomon1823 Před rokem

      @@biftutube5121 isa kamiin subscribe sif godha?

  • @keoltube3725
    @keoltube3725 Před 2 lety +1

    Erga jabaa qabdi😅😅

  • @hanigirma4738
    @hanigirma4738 Před 2 lety +1

    Woow ✌😍😍😍👌🤩

  • @Nasery-cg2qy
    @Nasery-cg2qy Před 2 lety

    ABUUUSH hin digaamtuuu kkkkkkkkkkkkuuuuuùufffffffff

  • @sisiolika3058
    @sisiolika3058 Před 2 lety

    Wawwooo.jabadhaa

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo1591 Před 2 lety

    aboo gurban jabaachaa dhufe

  • @gelanayadesa105
    @gelanayadesa105 Před 2 lety +1

    Wow Baga nagaan dhuftaani, garuu maaf barfaatani?????

  • @lilburahomie
    @lilburahomie Před 2 lety +2

    Hhhhhh 😂😂

  • @Bunnootube5813
    @Bunnootube5813 Před 2 lety

    Baguma Abasha quncaafte🤣🤣🤣🤣✌

  • @ibaarchil1599
    @ibaarchil1599 Před rokem

    Kkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkk is 😁

  • @sefujihad1576
    @sefujihad1576 Před 2 lety +1

    Kkkkkk heddun kolfee

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii ❤❤🙏❤❤❤

  • @NuraTubers
    @NuraTubers Před 2 lety

    Jabadhuu Sora

  • @sigitankadi7504
    @sigitankadi7504 Před 2 lety +2

    Wow

  • @efexor8709
    @efexor8709 Před 2 lety

    Bayee Namati toltu jabbadhaa

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii9036 Před 2 lety +1

    Tedy & abbushee😁😁😁

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤🙏

  • @sameeramohamad4612
    @sameeramohamad4612 Před 2 lety +1

    ♥️♥️♥️❤️❤️❤️😘😘😘

  • @maleebultum9220
    @maleebultum9220 Před 2 lety

    Imiyyee😁😁😁😁😁

  • @minahusein2206
    @minahusein2206 Před 2 lety

    Wowwwww qashitiiwani jabadha 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jamaalharargee123
    @jamaalharargee123 Před 2 lety

    Jabadhaa

  • @hawahawa2807
    @hawahawa2807 Před 2 lety

    Hhhhhh jabaadhaa sey again

  • @diinadiina3599
    @diinadiina3599 Před 2 lety +1

    😂😂😍😍😘

  • @meseretgutama8754
    @meseretgutama8754 Před rokem

    Wow 🤣🤣🤣🤣🥰🥰

  • @shaashaamaneewood6907
    @shaashaamaneewood6907 Před 2 lety

    Jabadhuu

  • @TadaseGenati-kk9um
    @TadaseGenati-kk9um Před měsícem

    ❤❤❤❤❤

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953

    Wawooo Jabbadhaa oromokoo

  • @urgetas2462
    @urgetas2462 Před 2 lety

    Habashaa bakkaa jirtaniiti quunciisaa nyaadha ! Ni quuncisnaa sirritti

  • @derartuabdi4330
    @derartuabdi4330 Před 2 lety

    yaa barraa 😂😂😂😂

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤❤🙏🙏❤❤❤

  • @meronbekela
    @meronbekela Před rokem

    Bareeda koo

  • @farfatuseenamucaaambosanyi566

    Jabadhaa oro💕💚💕🥰💞

  • @waqayyooadbiikooisaadhugaa1462

    😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @phauleerena6961
    @phauleerena6961 Před rokem

    🤙🤙🤙🤙🤗🤗🤗🤗😂😂😂😂

  • @fugugentertainment2287

    Na jiradhuu bro kiyyaa egrree media irra ma dhabamtee

  • @caaltuutolaa3889
    @caaltuutolaa3889 Před 2 lety

    Muuzii abashaati jedhiin 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤

  • @brebright
    @brebright Před 2 lety

    Baareda dha

  • @riyyeeabadir8980
    @riyyeeabadir8980 Před 2 lety +2

    😂😂

  • @hananali9238
    @hananali9238 Před 2 lety +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biretube5899
    @biretube5899 Před 2 lety +1

    Jaabadhaa qaaliiwaanii kenyaaaa

  • @user-jt7om2zc6g
    @user-jt7om2zc6g Před rokem

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @MEHBUBAHALFU
    @MEHBUBAHALFU Před rokem

    😅😅😅😅😅

  • @lalisaa1328
    @lalisaa1328 Před 2 lety

    Kkkkk jiraadha qaalii

    • @biftutube5121
      @biftutube5121 Před rokem

      Sanyii koo maamila (Subscribe) ta'uun na gargaarii

  • @faantufiqaadu4361
    @faantufiqaadu4361 Před 2 lety +1

    Kkkkkkkkkkkkkk🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bireewagiimegersa5235
    @bireewagiimegersa5235 Před 2 lety

    Kkkkkkkk jiradhaa

  • @billaancha8394
    @billaancha8394 Před 2 lety

    Babbareeddoowwan ijoollee kalaqa qabdu.

  • @yaikobgetahun
    @yaikobgetahun Před 2 lety

    Baay'ee galatoomaa qaqqaaliwwankoo.
    Yeroo akka kanaan aartiin oromoo karaa kamiinuu gara xurree guddinaarra imalasaa qajeelchatu gammachuu guddaatu namatti dhagaa'ama.

  • @majaka5169
    @majaka5169 Před rokem

    😢😢😢😢😢😢❤❤❤

  • @kalkidangetu9807
    @kalkidangetu9807 Před 2 lety

    😁🥰🥰danuu
    Sami
    🥰

  • @Cushitics
    @Cushitics Před 2 lety

    Indigimti?indigimti 😂😂

  • @fitaleelataa1104
    @fitaleelataa1104 Před 2 lety

    Kkkk😁😁💯💯

  • @mandefrolegesse5748
    @mandefrolegesse5748 Před rokem

    🤣🤣🤣🤣🤣

  • @chaltumalimo4455
    @chaltumalimo4455 Před 2 lety

    😂😂😂kolfa nu fixxaniim

  • @Nasery-cg2qy
    @Nasery-cg2qy Před 2 lety

    Oromoo muccaa kanaa jabbeessaa please

  • @anisahnurmala5114
    @anisahnurmala5114 Před rokem

    Maaloo fixee kaa abashaa ergaa gudaa qaba jabadhaa

  • @jafergudina7301
    @jafergudina7301 Před 2 lety

    Nuuf Jiraadhaa

  • @gnetekebede9893
    @gnetekebede9893 Před 2 lety +1

    Kkkkkkkkk

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před 2 lety

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤❤❤