EGEREE COMEDY: KAROORAA FI RAAWWII PART 1

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • ONLY ON EGEREE MEDIA
    All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Komentáře • 282

  • @getachewkitila7162
    @getachewkitila7162 Před 2 lety +2

    This is all what OPDO has been doing to Oromo for the last 30 years and still they continued doing the same. Good lesson and entertaining as well

  • @biyya3585
    @biyya3585 Před 3 lety +15

    I am oromo from finfina and i don't know Afaan oromo but i am just watching all your posts

    • @atikawake1033
      @atikawake1033 Před 3 lety

      Afan oromo baradhu biyya kenya kessati afani kena wolaluni gabruma badhachudha.

    • @samueldereje4039
      @samueldereje4039 Před 3 lety

      Ok Subscribe my channel

  • @dadidadi9369
    @dadidadi9369 Před 3 lety +3

    Namni ijoolee kan jalatan mee like godhaaf

  • @tilahunblemi8086
    @tilahunblemi8086 Před 3 lety +5

    Karoora warra opdo..nama dhiba ....jabaadhaa qaxaleewwan koo...

  • @mebrattsegayesime9078
    @mebrattsegayesime9078 Před 3 lety

    WOOOOW Edhuun Isiinni Boonaa Baguumma Kani Kootaataani Dhuga Ebiifaama Dhacha Baruumssaf Ergaa Gurguuda Ofii Keessa Qaba Isaa Ubteef,

  • @hambisejimata8153
    @hambisejimata8153 Před 3 lety +2

    Baay'ee namati toltuu jabadha sanyiiwan koo!❤❤❤👍👍👍

  • @zainabhousseini7108
    @zainabhousseini7108 Před 3 lety

    Ijoollee nana jabaadhaa kana caalaattifufa.egeree midiyanilleejabaadhakanacaala

  • @sinkeabab8819
    @sinkeabab8819 Před 3 lety +1

    Dhugaa kun wanumaa jiruu hasooftaani nuf jiraadha kessumati wahee sekteraa fayyaa sana

  • @hireekoocz4549
    @hireekoocz4549 Před 2 lety

    Amazing!! The true reflection of what is going on the ground.

  • @Merga-hw6lk
    @Merga-hw6lk Před 5 měsíci

    maalo kolfaan dhumne.jiraadha barabaraan🙏♥️♥️♥️♥️♥️🙏

  • @ayantujesus5633
    @ayantujesus5633 Před 3 lety +5

    Well came ijoolee waqayyo,,, jabadhaa,,

  • @kaachaaamanbest1782
    @kaachaaamanbest1782 Před 3 lety +1

    Hedduu namatti toltu jabaadhaa qerroo oromoo

  • @alainalain2199
    @alainalain2199 Před 2 lety

    dhugaa bayee namaa gamachisaa jabadhaa isin qabachuu kenyaan bayee gamanaa ijolee samun bilchatee

  • @tagaygurmessa4041
    @tagaygurmessa4041 Před 3 lety

    Kkkk...baayyee baayyee kan barsiisuuf bashanansiisudha. Afaanota biraa irratti isan inaafutu Afaan Oromootin arguun koo nagammachiisa, jabaadhaa

  • @lensaterefe5056
    @lensaterefe5056 Před 3 lety

    Waa irraa hubachuuf nama fayyada haala biyyii keenya keessa jirtuuti irraa hubachuun barbaachisaadha kolfaa qofa osoo taane❤❤❤❤❤

  • @falmatamoti3764
    @falmatamoti3764 Před 2 lety

    'Kufneerra....' namatti tola;jabaadhaa

  • @anusabdumalik2004
    @anusabdumalik2004 Před 3 lety

    Baayyee gaarii dhaa jabaa dhaa.

  • @kilikebbe8195
    @kilikebbe8195 Před 3 lety +1

    Baay'ee isiin jaalannaa nuf jiraadha umuuri dheera ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @AyyuuTube
    @AyyuuTube Před 3 lety +1

    wow welcome ajab namatti tola jabaadhaa

  • @anafatiwalin5694
    @anafatiwalin5694 Před 3 lety +2

    Baayye toltu dhugaa..itti fufaa akkasumaan

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 3 lety +2

    Dhugaa ijoolee kana akkatini 💓💓💓❤❤❤❤ jaladhuu 😂😂🤣🤣🤣

  • @derartudemesa3379
    @derartudemesa3379 Před 3 lety

    Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu barumsa guddaadha dhugaa qabatamaadha kun

  • @Qananiikatamaa
    @Qananiikatamaa Před rokem

    Waaaawww jabadhaa ittii fufaa

  • @rahama9403
    @rahama9403 Před 3 lety +1

    Yaa qaboo koo anuu siraa qabanee malii ree malii 🥰🥰🥰

  • @lamlammlk9610
    @lamlammlk9610 Před 2 lety

    Mikii idookera jirtaa jabadhu

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 3 lety

    Jabadhaa obolewaan tenaa

  • @lalihika
    @lalihika Před 3 lety

    Baay'ee nama bohaarsa jabaadhaa

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 Před 3 lety +1

    Bagaa nagaa dhuftaan qaxalee ijoolee Oromoo Koo 💓💓💓

  • @mikaelhasen7874
    @mikaelhasen7874 Před 3 lety

    Wwwooowww dhugaa bayyee namati tolaa pls party 2 kkk 😀😀😀😀❤❤❤

  • @chaltufayisa3321
    @chaltufayisa3321 Před 3 lety

    Ebifami bayyee namati tolaa dhugaa waqayoo jabadha waqayoo sini yaa gargaruu 😍😍

  • @zamzamkamaal5018
    @zamzamkamaal5018 Před 3 lety

    Wayii isinin jaladhaa dhugaa hedu takni babredanii 💟💟💟💟💟

  • @ageregutema4573
    @ageregutema4573 Před 3 lety +3

    Bagaan,dhuftani egere media😘😘😘😘😘❤️❤️❤️❤️

  • @mastumasarati2168
    @mastumasarati2168 Před 3 lety

    😄😄😄😄dhugaa amaa jirtuu jabaadha 🥰🥰🥰🥰🥰👌👌👌

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 Před 3 lety

    uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu! kolifaa na ajjeessitaan yaa qomoo koo!
    kun dhugaa gabasaa wajjirraa barnoota sirriti ibsa jabadhaa!

  • @girmaetana8087
    @girmaetana8087 Před 3 lety

    Gama fayyadama maallaqaan sadarkaa gaariirra jirraaa!!!!!

  • @sifaniisanyiitadeebiruusal5137

    Dhugaa jitaaa❤❤❤❤👌

  • @ppp7076
    @ppp7076 Před 3 lety

    Dhugaa bay'ee namatii toltuu kkkkkkkkkkkkkk qalliwaniko nufii jiradhaa 💓♥️♥️💓

  • @user-md8gt1do6u
    @user-md8gt1do6u Před 2 lety

    Wwwwwoo jabadhaa kkkkkk

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 Před 3 lety +1

    Bagaa nagaan dhufatan

  • @kumeesanbotuamboo4963
    @kumeesanbotuamboo4963 Před 3 lety

    Kkkkkkk bayyee namati oltaa jabadhaa💚❤️💚💪💪👍👍👍👍👍

  • @toromiatfkr14
    @toromiatfkr14 Před 3 lety +1

    Nama ajaa'iba

  • @user-on3xz9qv8l
    @user-on3xz9qv8l Před 3 lety

    Dhuga ijole kana bayyen jaladha💕💕💕💕💕

  • @astergirmaa8571
    @astergirmaa8571 Před 3 lety

    Barumsa garii dha galatoma shaanyii Wan koo 💕 💕 💕 💕

  • @alamitogana3957
    @alamitogana3957 Před 3 lety +1

    Wow👌👌👌👌♥️♥️

  • @saadksa1062
    @saadksa1062 Před 3 lety +1

    Baga Nagadhaa dhuftani

  • @user-cf1hf6hv3i
    @user-cf1hf6hv3i Před rokem

    Waajjira Dhimmaa Dubartiifi daa'imaniis ittii dabalaa

  • @milkiofficialyoutube7642

    itti fufaa bayye namatti tola

  • @ayaweeabiyuu4869
    @ayaweeabiyuu4869 Před 3 lety

    Jajabadhaa sanyii koo😅😅😅😅😅😜😜

  • @buzeeabdataa4863
    @buzeeabdataa4863 Před 3 lety

    Hhhhhhhhhhhhh jabaadhaa qaxalewwaan kenyaa

  • @qamararsii9396
    @qamararsii9396 Před 3 lety +1

    Kkkkkkkkkkkuuuuuuuffffff du,aaatii harkaa dhoftaanii you

  • @sameraabdulla9003
    @sameraabdulla9003 Před 3 lety +1

    Kkkkkkkkkk yeroo dhaagaa kenuuu makinaa 50 fi 60 demnaa kaa jedhuu bayee naa kofalchisee 🤣🤣👌

  • @sarina9693
    @sarina9693 Před 3 lety +1

    Qaxaleewwankoo ❤️❤️

  • @fenetiiodaa2558
    @fenetiiodaa2558 Před 3 lety

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣 mee guyyaa guyyaadhanii nufii gadhisaa mee ijolee kenyaa

  • @fenittolosa2374
    @fenittolosa2374 Před 3 lety

    Jabadha ijole waqayoo barumsa qaba namati toltu

  • @shaamsiyaaqaasimkwt8096

    Jabadhaa imaa wojataani gaaruu kuuni waani biyaa jisee

  • @user-si4pr6hj9p
    @user-si4pr6hj9p Před 10 měsíci

    kun waanuma amma ta'a jirudha ijoollee

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa9475 Před 3 lety

    wow!!! baayyee addaadha,barumsa guddaa argachaa jirra,umurii nuuf dheeradhaa!!!! GBU!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @ebinafshifera6002
    @ebinafshifera6002 Před 3 lety +1

    Hhhhhh barana kolfaan dhumuuf jennee dhiissaa jira

  • @chitochito8886
    @chitochito8886 Před 3 lety

    Kkkkkkkkkk ebifamaa

  • @ferdosamohammedisoromofirs9517

    Ati faya qabda 🤣🤣🤣gara koo naa dhukube

  • @qamararsii9396
    @qamararsii9396 Před 3 lety

    Kkkkkkkkkkk ajaa,ibaa dhugaa hojii bareedaa jabaadhaa 💓💓🙏🙏

  • @SarahSarah-ni9bm
    @SarahSarah-ni9bm Před 3 lety

    Baagaa Nagan dhutani egeeree midaa👏👏❤️💕❤️❤️💕❤️💕

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Před 3 lety

    wallah Baay'ee namatti tolaatani kkkkkkkkkk dhugaa isiin jalanaa
    ❤❤❤💚💚💚❤❤❤

  • @getegete1207
    @getegete1207 Před 3 lety

    Wowowowowo jajaabewan koo jaabaadhaa🤣🤣🤣😄😄

  • @rahazakir6877
    @rahazakir6877 Před 3 lety

    Jabdhaa namtti tolaa kolfan garan na dhukkube

  • @kooabdinjiramegersa1131

    Dhugaa bayeeee bayeee namaa boharsituu

  • @loomiishow5192
    @loomiishow5192 Před 3 lety

    Bagaa nuu dhuftaan ebifaama umuuri dheraadha

  • @burtukanbulchaa3368
    @burtukanbulchaa3368 Před 3 lety

    Baree chiitanii tu jabadha malee

  • @abditola2409
    @abditola2409 Před 3 lety +2

    Jabaadhaa😘

  • @hawiihawi9813
    @hawiihawi9813 Před 3 lety

    Wayoo kolfan dune barumsaa heduu ufii kessaa qabaa jabadhaa🤣🤣

  • @senamitiku8559
    @senamitiku8559 Před 3 lety +1

    Bagaa nagaan dhufitaani qaaliiwwaan keenyaa

    • @orotube44
      @orotube44 Před 3 lety

      Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo qomo koo

    • @senamitiku8559
      @senamitiku8559 Před 3 lety

      @@orotube44 Ok Rakkoo hin qabuu eebbifamii

  • @tahirseka4501
    @tahirseka4501 Před 3 lety

    wow nam jabaadha isin jabaadhaa dhiiroo

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 3 lety +1

    Kkkkk nama duusi ni bekkituu jechuudhaa kkkkkk

  • @roozaaraggasaa9736
    @roozaaraggasaa9736 Před 3 lety +1

    Hospitaal 😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆ajibaa dhugaa itti fuufaa

  • @zamzamkamaal5018
    @zamzamkamaal5018 Před 3 lety

    Dhugaa heduu namaa kofalchistani

  • @shaltoshalto1127
    @shaltoshalto1127 Před 2 lety

    Nuf jiraadha qaliikoo

  • @ummufarhankamaaltube9864

    Jabadhaa dhugaa 💪👍 cimaa

  • @dawitdesta671
    @dawitdesta671 Před 3 lety

    Baay'ee namatti tola. Jabaadhaa!

  • @siabo3973
    @siabo3973 Před 2 lety

    Wwwwaaaa ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ ♥️

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu Před 3 lety

    jajjaboota koo

  • @dadhittidarwallaggaa1086

    Wawu jabbadha barumsaa gariidha

  • @Hanan-h4n
    @Hanan-h4n Před 8 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤

  • @faarsaaafaanoromoo1264
    @faarsaaafaanoromoo1264 Před 3 lety +1

    Natti toltuum 💕💕💕💕💕💕💕

  • @ajahibemam9752
    @ajahibemam9752 Před 3 lety

    Kolfaan duneraa

  • @sanyiitoleraa6534
    @sanyiitoleraa6534 Před 3 lety

    Kkkkkkkkkkk hojii keessan nuf jabadha

  • @ferdosamohammedisoromofirs9517

    Keep going my lammi koo barnota gari kena jirtu🤣🤣👍🥰🥰😍😍😍

  • @senadesalegn600
    @senadesalegn600 Před 3 lety

    Well come jabaadhaa qaxalewanii

  • @Dirbabasuit
    @Dirbabasuit Před 3 lety

    Bashanana nubarsistani galatooma
    milkaa'a baka yaadan ga'a

  • @chaltutube9701
    @chaltutube9701 Před 3 lety

    Wel come

  • @dinkydinky683
    @dinkydinky683 Před 3 lety

    Baredaa 👍👍👍👍👍👍

  • @nebiyugetaneh332
    @nebiyugetaneh332 Před 3 lety

    Ajaaibadha

  • @oroentertainment6871
    @oroentertainment6871 Před 3 lety

    Nuu jiraadhaa Qacallewaani oromo ❤❤❤❤❤❤❤

  • @rahazakir6877
    @rahazakir6877 Před 3 lety

    Qaboon utuu hin hasa iin dhumusatu bade

  • @dinamweyessa5480
    @dinamweyessa5480 Před 3 lety

    wowww...jabaadhaa!!!!!!!!!!!!

  • @mammetube4036
    @mammetube4036 Před 3 lety

    Ijoollee qaqqaxalee hedduu namatti toltanii jabaadhaa isiniin jechaa
    Ani wantiin isinitti dhaamu waa'ee seera Qubee Afaan Oromoo seera isaa eeganii qubeessu ilaalchisee yoo danda'ame osoo xiyyeeffannoon irraatti nuuf hojjattanii gaariidha.

  • @tujubademu7422
    @tujubademu7422 Před 3 lety

    aartii keenya guddisuuf hojjechaa jirtu
    sin duuka jirra dhiiroo

  • @braniyoutobeh4928
    @braniyoutobeh4928 Před 3 lety

    Kkkkkkk wel come bagaa nagaan dhuftan jabadhaa namatii toltuu😍😍🥰🥰

  • @laliseemagarsaa4214
    @laliseemagarsaa4214 Před 3 lety

    Wowowoowow ana dhufuu jabadhaa

  • @zamzamkamaal5018
    @zamzamkamaal5018 Před 3 lety

    Wanti isin dhihesitani hundii namatii tolaa waqo

  • @sabaafshow
    @sabaafshow Před 3 lety +1

    Karoora OPDO
    Herreega Abbaa duulaa