Yeroo Jaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 3. 01. 2021
  • #Seenaa jaalalaa Aja'ibaa #Dheeraa Magaalaa Galamsoo Feeysal Muhammad Amid

Komentáře • 177

  • @firaolyilma5291
    @firaolyilma5291 Před 2 lety +1

    Rabbii si yaa ebbisuu feyisaloo keenya sittinBoone.barsiftuu Tigist Gudeta jabaadhu.

  • @ghhuvggh7460
    @ghhuvggh7460 Před 2 lety +2

    Alhamdulillaha jedhi yadhera galamso ati namuma keti gamadimalle jechanama hinlalin obbolleso jiradhu

  • @dheeraagalamsoo9232
    @dheeraagalamsoo9232 Před 3 lety +33

    Siif Jira Si Feena Si Jaalanna Jettanii Hamilee Kiyya Na Jabeessa Jirtan Hundi Keessan Galata Guddaa Na Bira Qabdan.

  • @maintence9412

    Kan sii uume rabbii rabbiin garuu waan hundaan sii hin miidhu kanaaf abdii hin kutin warra qaama guutuu qabu caalaatti jireenyi kee toluu danda,a qaama guutuu qabatee jireenya sii,ii gadii keessa kan jiraatu baay,eedha namni kamiyyuu wanumaa dhabeen dhiphata kun jireenya ilma hundati sitti hin dhagahamin ❤❤❤bro si jallana monet atis galatoom

  • @fatihaayeejimmaalijii3815

    Jabadhuu baredaa kenyaa nuf jirdhuu

  • @fatmahali8708

    Abshir habibii rabbii sifii kenee isfisii kenuu dadaa😢😢😢😢❤❤❤ Abshir

  • @gamemamoguta627
    @gamemamoguta627 Před 3 lety

    Jabaadhuu dhiirii mudannooo yoo dabarsee cimeetii baha si jaallanna dheeraa kiyyaa

  • @sifanisilaam8769
    @sifanisilaam8769 Před 3 lety +2

    😭😭😭😭

  • @tasheejj4459
    @tasheejj4459 Před 3 lety +1

    Moonet baay'een si jaaladha jabaadhuu

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i Před 2 lety +1

    Abshiir.Rabiin.jiraa.hin bo'iin

  • @sanyiimotii2874
    @sanyiimotii2874 Před 3 lety +3

    Monetti bayy'ee namati tola ❤❤❤❤❤✔halii atti itti kessumesituu

  • @morkatamam7605
    @morkatamam7605 Před 2 lety

    Dhugaa Rabbii Ati dheerina Qaama Qabaachu Baatuus

  • @ifabaateebrzala9004
    @ifabaateebrzala9004 Před 3 lety +6

    Dhugaa muciyyon tuni yaada gaari qabdi

  • @hailuneda4983
    @hailuneda4983 Před 3 lety

    Dheraa galamso sirraa baredee jirraa hin bohiin .

  • @mucaayesuus4916
    @mucaayesuus4916 Před rokem

    Umurii dheraa jiradhuu gotaa kenyaa hojaa mitii bekumisaa fii amalaa manaa bushaa bayee namatii tolitaa ebbifamii👍👍👍👍👍👍💑💑💑💑

  • @hsanali7822
    @hsanali7822 Před 2 lety +2

    MashaaAlha baga nagayyan

  • @alphiaalphia7534
    @alphiaalphia7534 Před 3 lety +7

    WOW abrshii my bother

  • @hindyaothman2954
    @hindyaothman2954 Před 3 lety

    Rabbii Umrii si haa dheresuu obolesaa kiyaa 😭😭😭

  • @asiyeegalateeliji1781
    @asiyeegalateeliji1781 Před 3 lety +2

    Wayoo amishir atii qalidhaa barii qama gutu dhalte ka lukaa hin qabne waa hedun kaa ciqatu meqa jira

  • @samerraamera2213
    @samerraamera2213 Před 3 lety +1

    Jabadhu Raabbii jira waan