Barsiisa Warra Ga'aniif Kennamu/kutaa 6ffaa - Sanyii Wangeelaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Komentáře • 14

  • @RahelDane
    @RahelDane Před 4 hodinami

    Amen Amen Amen❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Eebbifama🥰❤️❤️❤️

  • @bontuuqananiibantuuqananii2548

    Ayyanii goftaa kenyaa yesuus kiristoos isinif haa bay'atuu lubaa garee❤❤❤❤❤🎉

  • @neni2773
    @neni2773 Před 10 měsíci

    Ameeeeen Ameeeen Ameeeeen
    nama waqayyo ebifamaa🙏📖❤

  • @shittoodandanaa3953
    @shittoodandanaa3953 Před 10 měsíci

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifaama Waaqayyo baraaf jireenya haa Ebbissuu 🙏👏🏠📖🙌❤️

  • @BizuuFiqaduu
    @BizuuFiqaduu Před 10 měsíci

    Ameen ameen ameen ameen ameen

  • @user-lh7ww7on5y
    @user-lh7ww7on5y Před 10 měsíci

    amen amen ebbifama nama waqayo nuu kenee

  • @lalisebirhanu3689
    @lalisebirhanu3689 Před 10 měsíci

    Ameen ameen ameen

  • @demituenjigu7356
    @demituenjigu7356 Před 10 měsíci

    Ameen Ameen Ameen ebbifamaa ❤

  • @lumitomi9316
    @lumitomi9316 Před 10 měsíci

    Ameen Ameen Ameen

  • @user-fr6uy4ze5i
    @user-fr6uy4ze5i Před 10 měsíci

    Ameeeen Ameeeen ebbifaama

  • @senagedarame
    @senagedarame Před 6 měsíci

    Ebbifama Ebbifama dachan nama waqayoo

  • @shitayetamene8082
    @shitayetamene8082 Před 10 měsíci

    Galatoomaa❤

  • @amanbeyegujh
    @amanbeyegujh Před 10 měsíci

    Exellent

  • @DebelaMerga-wp7mr
    @DebelaMerga-wp7mr Před 10 měsíci +1

    Efe. 2
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ⁴ Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate.
    ⁵ Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate; isin ayyaana Waaqayyootiin fayyifamtan.
    ⁶ Karaa Kristos Yesus isumaa wajjin du'aa nu kaase, isumaa wajjin bantii waaqaa keessaa iddoo nuuf kenne, nu teessises.
    ⁷ Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, baraa dhufu humdumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe.
    ⁸ Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;
    ⁹ hojiidhaanis miti, namni tokko illee akka ittiin of hin janyetti.
    Tit. 2
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ¹² Ayyaanni Waaqayyoo kunis, nuyi Waaqayyo malee jiraachuu, kajeellaa biyya lafaa isa hamaas gannee, bara kana keessa of qabuutti, qajeelinatti, namoota Waaqayyoo taanee akka jiraannuu gorsee, gara gaariiitti nu deebisa.
    ¹³ Achumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.
    Waangeela isaa Kami lallaba jirta garuu?isaa kan phawulosimo Kani ofii keeti?(
    Gal. 1
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ⁸ Haa ta'u iyyuu malee, ani yookiis ergamaan waaqa irraa tokko, wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa 'ta'u!
    ⁹ Akkuma ani kanaan dura dubbadhe, ammas immoo keessa deebi'ee nan dubbadha; eenyu illee wangeela isa isin fudhattanittii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa ta'u!
    Addani nuuf baasi yesuusi isaa kamin barsiisa jirta?
    Yesuusi isaa fannifamemo yesuusi isaa Kani Bira.
    “Namni tokko dhufee, isa nuyi isinitti lallabne malee, Yesus isa kan biraa yoo isinitti lallabe yookiis isa kanaan dura fudhattan malee, hafuura kan biraa yoo fudhattan yookiis isa kanaan dura simattan malee, wangeela kan biraa yoo simattan, calluma jettanii in dandeessu jechuu dha.”
    - 2Qor. 11:4
    Kani sirra baruu narbaada?
    Yaada nama hin barsiisin Ariminianisim)(conditional salvation)
    Waan ATI beeku qabdu
    1namni fayyee
    Nama Waaqayyoo irraa lammaffa dhalatedha.Tit. 3
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ⁵ Waaqayyo hojii nuyi qajeelummaadhaan hojjenneef utuu hin ta'in, akka araara isaatiitti dhiqannaa lammaffaa dhalachuutiin, haaressuu hafuura qulqulluutiinis nu fayyise.
    ⁶ Hafuurichis isa inni karaaYesus Kristos fayyisaa keenyaa arjummaadhaan nu irratti dhangalaasee dha.
    2 nama hafuraa qulqulluu fudhatedha.
    1Qor. 6
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ¹⁹ Dhagni keessan mana qulqullummaa hafuura qulqulluu isa isin keessa jiriu ta'uu isaa hin beektanii ree? Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqullummaa hafuura isaas erga taatanii, isin kan ofii keessanii miti.
    ²⁰ Waaqayyo gatiidhaan isin bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittiin galateeffamu hojjedhaa!
    Hafuuri inni fudhate waaqayyoodha waan inni hojjechu qabuf hin qabne ni barrisisaa
    Ni geggessaa
    Malee yesuusi akkumatti jette nuu fayyise ofii keenyatti nuu Kenne hin deemne.
    Yoh. 6
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ³⁷ Abbaan koo anaaf kan kennu hundinuu gara koo in dhufa, isa gara koo dhufus ani of iriaa hin ari'u;
    ³⁸ Fedha ofii kootii raawwachuudhaaf miti, fedha isa ana ergee raawwachuudhaafan waaqa irraa gad bu'e malee.
    ³⁹ Inni na erge immoo, warra inni anaaf kenne keessaa tokko illee akka ani balleessu hin fedhu, guyyaa booddeetti du'aa akkan isaan kaasu fedha malee.
    ⁴⁰ Abbaan koo, namni ana ilma isaa argu, kan anatti amanus hundinuu, jireenya bara baraa akka qabaatu in fedha; anis immoo guyyaa booddeetti du'aa isa nan kaasa“.

    ⁴⁴ Abbaan inni ana erge yoo isa harkisuu dhaabaate, homtinuu gara koo dhufuu hin danda'u; isa gara koo dhufu immoo ani guyyaa isa dhumaatti du'aa nan kaasa.
    Kanaafi
    Kara ATI ergaa ibiroota itti hiikte sirrii miti.
    Barumsii ergaa ibiroota akkasii miti
    Birrif jechaa dubbi Waaqayyoo akkasitti hiikuun sirra hin jiruu.
    1Yoh. 5
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ¹⁰ Namni ilma Waaqayyootti amanu, dhugaa kana of keessaa qaba; namni Waaqayyoon hin amanne garuu, isa Waaqayyo ilma isaatiif dhugaa ba'e waan amanuu dhiiseef, Waaqayyoon sobduu gochuu isaa ti,
    ¹¹ Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne; egaa dhugaan isaa isa kana; jireenyi bara baraa kunis ilma isaa keessatti argama.
    ¹² Namni ilma Waaqayyoo qabaatu jireenyicha qaba; namni ilma Waaqayyoo hin qabaanne, jireenyicha hin qabu.

    ¹³ Isin warri maqaa ilma Waaqayyootti amantan, jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifan kana hundumaa isiniif caafe.
    Nuyi warra jireenya Barbara argaatanidha male warra GANA argatani miti.
    Walgoyyomsuun durii haafe nuu dhiisa biroo
    Seera maali nuuf dhabdure seeri keenyaa kirstosii
    Kiristoosi tti jiraachun keenyaa Waaqayyoo birati malee ofii keenyaa miti.
    “Kristos Yesuitti jiraachuun keessan Waaqayyo biraa ta'e; Waaqayyo Kristosin ogummaa keenya nuuf godhe. Isumaan qajeelota taanee, Waaqayyoof qulqulloofnee in furamna.”
    - 1Qor. 1:30
    Faarisoota ,barsiisota seera🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😲
    Phawulosimo irraa baradhamee isa waa'ee seera beekuu
    Warrii waldaa seera jalgalchu barbadaniii.
    1Qor. 9
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ²⁰ Yihudoota biratti, warra Yihudootaa buufachuudhaaf akka Yihudiin ta'e; warra seera jala jiran biratti, ofii kootii seera jala yoon jiraa'chuu dhaabaadhe iyyuu, warra seera jala jiran sana buufachuudhaaf akka nama seera jala jiruun ta'e.
    ²¹ Warra seericha hin qabne biratti, isaan buufachuudhaaf akka nama seericha hin qabneen ta'e; haa ta'u iyyuu malee, seera Kristos jala waanan jiruuf, ani seera Waaqayyoo hin dhabne.
    Seera muse waldaa hin fidina yesuusiitti amani ni fayyita