Imimmaan qabachuun dadhabee wayyii jiru dhalaa nama😭😭

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • #Subscribe_like_share_godha eebbifamaa guddaa kabajamoo saba gooftaa

Komentáře • 301

  • @bakalakhan9232
    @bakalakhan9232 Před 2 lety

    Uuuuuuuuuuuuffffeeeeeee maloo anii imaimanaan qabachuu dhadhebee maqaan waqayyoo yaa ulftuu bagaa waqayyoo sii gargaree waan ofii too waqayyoo akkaa namaa miti ulfaadhu yesus koo Abbaa dhugaa

  • @Jesus-is-good867
    @Jesus-is-good867 Před rokem +1

    Maaloo maaloo dhugaa rabbii osoon hin beekiin imimmaan narraa yaa'a waaqayyoo inni nama baasee nama hin gatu inni amanamaadha ijjoolleesa haala kam keessaattuu hin gatu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaltuuhayilee3586
    @chaltuuhayilee3586 Před rokem

    Waqayyoo goftaan wabiijireenyaa hundumaa kenyaa taii hinqabaamiinaa ameeeeen ameeeeen siiqabadhee hinsodaadhuu abdii koo yesusiin bagaa waqayyoon mirga keetii hin sodaattiin waqayyoo hundumaa kenyaaf oolchaadhaa

  • @bilisumabekele-cu9yd
    @bilisumabekele-cu9yd Před rokem +1

    wayyoo maaloo obboleettii koo maalan jedha. hamminni namoota yoo baay'atuyyu, garaan namaas garmalee yoo jabaateyyuu yesuus inni nama hin ganne, gargaaraan lafa onaa, kan guyyaa rakkinaa gahaannama irra lafaa kan harki namaa itti si ittise, du'a abaarsaa isa siif dhiyeessan yesuustu didee falme, du'a kee hin mallatteessine inni sarmee. maaloo obboleettii koo imimmaantu na hudha iyyoob iyyuu seexanaan kan gidirfame murtoon du'aa itti hin laatamne ture garuu , garuu yesuus ulfina yaa argatu . inni ol ture hundumaa gararraa dalee ol yaa qabamu. waaqa koo waaqa araaraa yira diinaa(seexanxx) kamuu sumatu nuuf caala(warra itti amaneef). ani waanan jedhu hin qabu. obboleettii koo baga gammadde. baga murtoo du'aa gara jireenyaatti abdii dhabuu gara abdii bara baraattii ceete. moo'ichi kan waaqa keenyaa(yesuus).AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @lakewregassa2677
    @lakewregassa2677 Před rokem

    Ameen waqqayyoo goftaani bagaa si garagareee waqqayyoo maqanasaa haa ebbifamuu obboletii koo waqqayyoo bagaa sii olchee waqqayyoo olchadhaa ameeen

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube7178 Před 2 lety +3

    Uuuuuuufffffff maqaan waaqayyoo ba'aa biftuutii jalaa qabee hamma lixaa ishetitti jajaamaa haa ta'u Ameen bagaa waaqayyoon sii gargaree hallelujah ulfadhuu yesusii garumaan waaqayyoo addaa hallelujah 😭😭😭😭😭😭🙏❤️🙌🙌🙌🙌 WALDAA IRATII JERII GOCHUTII JIRAA maloo nafis matii nafi ta'aa dhalonii rakko keessa jiranii Amma iyyuu Abdii qabuu maloo Sheri godha 🙏 gatii hin kafalchisuu😢😥

  • @AlemituTasfa
    @AlemituTasfa Před měsícem

    Bagaa du'aa akka male waqaayyo si olchee waqayyo ijoolle isa hin gatu warra kan isaf yoommuu ni falma abban dhugaa yesuu

  • @hiyotnagn7661
    @hiyotnagn7661 Před 2 lety +1

    Maloo ijolee koo naaf kadhaadha mee anaafis 😭😭

  • @alemiamenou6580
    @alemiamenou6580 Před 2 lety +5

    Yeroo dhumee keessati waaqayyoo gidduu gala.
    Yesusin naan galateefadha
    Waaqayyoo rakkataa hin gatuu
    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏 iyesus ulfadhuu

  • @bontuabdiniijiraa5110

    Waqayoo galanii sifii haa ta,uu bagaa waqayoo sii olchee hadhoo too uuuuuuuf yesusi ebifamii amen amen ❤️❤️❤️📖🙏

  • @Abby-ci6qk
    @Abby-ci6qk Před rokem

    Ameen ameen bagaa oltee waqaayoo. Olchaadha oboleetii too maqaan waqaayoo aebiifamuu

  • @user-uw1zj6qc2p
    @user-uw1zj6qc2p Před 2 měsíci

    Uuffee waqaayyoo galaataa kee waqayyoo bagaa sii oolchee obbollettii koo.❤❤❤❤❤❤❤

  • @ayantuayantudegefa7804
    @ayantuayantudegefa7804 Před 2 lety +1

    Baga goftan si gargare uuuuuuuuuuuuuffffffffffff haayyyiii jiru biya orma 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-sv7ec1hx2e
    @user-sv7ec1hx2e Před 4 měsíci

    Uuuuuuuuuuuuuufffffffff Ammeen Ammeen baga waqayyo sii gargare ❤️ Uuuuuuuuuuuuuufffffffff ulfadhuu iyesuusi koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ot3lj5iy9p
    @user-ot3lj5iy9p Před 10 měsíci

    Bagaa waqayyoo firdii du,aa jala sii basee oboleetii koo❤❤❤❤

  • @masarratmasarrat4252
    @masarratmasarrat4252 Před 2 lety +2

    Waaqayyoo olchaafi ofkaalchadha baaga giddu sif galee

  • @ebbifamaacomp7379
    @ebbifamaacomp7379 Před 2 lety +1

    Wayyoooooo yaa ummakoo malan siif deebisaa yaa yesus uuuuuuufff ayyyyiiiiiiiìiiii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 du.aa jireenya tii jijjirtee ullfadhuu kaa waqaayyoo koo bagaa gargaramtee hadhooooooo📖📖👈👈✍️😭😭😭

  • @waqaayyookaraadhugaadha3302

    Yesuus innii sii olchee haa jajjamuu koodee koo dhaalota koo kessatii hammaa haar.a bohee hin beekku 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢bagaa oltee hadhoolee koo

  • @abyya2271
    @abyya2271 Před rokem

    Waqqaayyoo maqanasaa haa ulfaatuu ameen kan akkaa waqqaayyoo hin jiru

  • @raheel2312
    @raheel2312 Před rokem

    Maqaan waqayyoo bara baraan haa ebbiiffamuu Ameeen Ameeeen galmee galagaalcha uyyesus ulffadhuu Abba koo🙏🙏🙏😥😥😥😥😭😭

  • @kennaatube1161
    @kennaatube1161 Před 2 lety +1

    Eebbifamii dachaa jabadhu guyyaa tokko dhageedhee hojiin waaqayyoo hedduun dinqisifaadhe🥰🙏🙏

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffff dhugaa waqayyoo imammaan koon qabachuu dadhabee bagaa gooftaan sii olichee isaaf kan hin danda'aamnee hin jiruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-ln3yt9lo5c
    @user-ln3yt9lo5c Před 9 měsíci

    Uuuffffee Goofitaa Baga Siii Garagaree Malee garagaramiii Maqumaa Yesuusii Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @cathlopez8908
    @cathlopez8908 Před rokem

    Uuuuuuuffffffeeeee Yaa Hadhoko Waanii jedhuu Dhabee Ojii Goftaa😭😭😭😭😭😭💔💔 Waaqaayyooni Hin Arifatuu Sutaa jedhee Olchaa ijolee isaa❤️😢

  • @KanateArabufafa
    @KanateArabufafa Před 7 měsíci

    Uufe obsaa obolootaa koo shamaraan biyaa oromaa 😢😢😢😢bagaa goftaan koo sii gargaree hadhoo koo

  • @peaceworld879
    @peaceworld879 Před 2 lety

    Ameeeen ameeen gooftaaf galanni guddaan isafa ta'u gooftaan koo bagaa si oolchee hadhoo koo 🥰🥰😢😢

  • @gilbertrah8934
    @gilbertrah8934 Před rokem

    Uuuuuuuuf waaqayyoof hunduu salphaadha ayiii haadha hormaa💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭Ulfaadhu yesuus

  • @bontugelelcha5380
    @bontugelelcha5380 Před 2 lety

    Dhugaa waaqayyoo imimmaan qabachuun dadhabbee😭😭😭
    Waaqayyoof hunduu ni danda'amaa ajaayibaa hojiin waaqayyoo isaaf gaalanni haa ta'uu❤❤😍

  • @dabalezode3702
    @dabalezode3702 Před rokem

    Uuuuuu😢😢😢dhugaa dhageeffachuu dadhabbe uuuuuuffff waaqayyo baga si baase haadhookoo

  • @MimiDarartu-ju4jo
    @MimiDarartu-ju4jo Před rokem

    😭😭😭😭😭😭😭😭Magaan waqayoo kan ulfatee fi kan galatomee yaa ta,u🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ayedida7611
    @ayedida7611 Před 2 lety +1

    Ammeen ammeen ammeen ammeen ❤❤❤❤❤ waqayyoo oolchadhaa ammeen

  • @cololkololee462
    @cololkololee462 Před 2 lety

    😭😭😭😭😭😭😭Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo kenyaa olchaadhaa ofkalchaadhaas bagaa goftaan sii basee uuuuuuuufffffffff ulfaadhuu uumaa koo kaan mattii ishii him bochisiin

  • @hanafaujiyah1022
    @hanafaujiyah1022 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuu ffffffffeeee bagaa waqayyo sii baseee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @dabalezode3702
    @dabalezode3702 Před rokem

    Dhugaa obsa dhabbe 😢😢maaloo uuuuuuuuuuuffffffff baga baate galate kee waaqa koo bagaa haadha isheeti deebiste😢😢

  • @samsungaa02s48
    @samsungaa02s48 Před rokem

    Uuuuuufffffeeee bagaa duutii kee jirenyatii gedaramee ilililililililililililililili 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 Před 2 lety

    Uuuuuuuuyyyyyyiiiii maloo imimmaan qabachuun dadhabee dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️☝️☝️maqaan waqaayoo haa ulufatuu dhugaa 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️♥️

  • @alanood8132
    @alanood8132 Před rokem

    Uuuuuuufff yaa waqaayyoo galaannii siif haa taa.uu 😢😢😢😢😢😢😢😢Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @ragatubali
    @ragatubali Před rokem

    Baga waqayyoon Si gargaare Maqaan isaa ha ebbifaamu Ameeen Ameeen Ameeen

  • @WABITUBEno
    @WABITUBEno Před rokem

    Dhugaa waqa imimaan qabachu dadhabe uuuuuuu

  • @chucheetube4018
    @chucheetube4018 Před 2 lety +1

    Waqayyoof wanti dadhabame hin jiru goftaan bagaa si olchee

  • @badriyabadriy974
    @badriyabadriy974 Před 2 lety +1

    Subaha alaa malii gara jabeni ilmaa namaa ufii 😭😭😭😭😭😭Baga rabii sii basee alhmdulilayii galana rabii haa gayuu walyii

  • @marejitoujitou5683
    @marejitoujitou5683 Před 2 lety +1

    Ameen ameen ameen ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏

  • @tadelechfeyasa4521
    @tadelechfeyasa4521 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuffffffii.bagaa
    Waqayyoo.sii.gagaree.bagaa.sii.fana.tee
    Iyyasusii😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️📖📖📖📖📖

  • @mayahmayih930
    @mayahmayih930 Před rokem

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu MALOO Ijoo wan dinqiiii boyee defachun dadhabe jirti baqaa dhisi nan jedhani

  • @meseretyadeta452
    @meseretyadeta452 Před 7 měsíci

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭 waaqqayyoo goftaan Baga sii olchee

  • @kenenimuleta5448
    @kenenimuleta5448 Před 8 měsíci

    Inni oolchaa fi oofkalchaadha maqaan isaa bara baraan haa eebbifamu !!

  • @fanuzinabu
    @fanuzinabu Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭
    Yesuus jallallee dhugaa Abba dhugaa uuufff maqaan kee yaa eebbifamu

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i Před 2 lety +1

    Waqqayyo bagaa murtii du'aa sii galalchee Ameeen Ameen Ameen Ameen ❤️❤️💔♥️💔♥️🙏🙏🙏

  • @abdisadiro2789
    @abdisadiro2789 Před 2 lety +1

    Waaqaayyoo Gooftaan Baaga du'a jaala sii baase.Obbooleettii too .😭😭😭😭

  • @abdinkoojirataadha2938

    uuuuuuuu hadhokoo iinni garaa kee goree waqayyoo galata haa argatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @lensaawallaggaa4240
    @lensaawallaggaa4240 Před 2 lety +1

    Ulfadhuu abaakoo bagaa waqayyoo sii olchee duaa

  • @chaltuuhayilee3586
    @chaltuuhayilee3586 Před rokem

    😂😂😂😂😂😂😂ameeeeen ameeeeen ameeeeen waqayyoo olchadhaa bara bara maqaa yesusiin haa ebbiifamuu galataa waqayyoo goftaa 😢😢😢😢😢

  • @asdfghasffcgb3900
    @asdfghasffcgb3900 Před 2 lety +1

    Bagga waqayyo sifalimatte

  • @zawuditubekele575
    @zawuditubekele575 Před 13 dny

    Bagaa waqaayyoo sii oolchee Obboolteetii koo

  • @user-mi2be9bc5v
    @user-mi2be9bc5v Před rokem

    Waqayyoo dhuga baasa❤❤❤❤

  • @MimmiiGetachoo
    @MimmiiGetachoo Před 10 měsíci

    Imimmaan qabachuun dadhabbee ani nagaa bagaa waaqayyoo si basee 😢😢

  • @user-pm4wv5lg3k
    @user-pm4wv5lg3k Před rokem

    Uuuuuffffffff bayye namagadisisa sennan kee baga rabbin. Umurinkee dherese hadhan sigahe. Obbolettikoo

  • @SamihaZaiter-p9i
    @SamihaZaiter-p9i Před měsícem

    👂👂👂👂👂😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ani dhuga waqayyooko imimmanifuu akkata duvbadhuu wallaalee waqayyoo baga si gargaaree nama dhuga bati sì godhe hadhoko

  • @CaaliObsa
    @CaaliObsa Před 11 měsíci

    Ameen.ameen.ameen.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlemBTube
    @AlemBTube Před 2 lety +1

    Galanni waqayyon haa ta'u dhugaa baay'ee rajjidha bagaa waqayyoo si gargaree.

  • @seenaafyesusjiraa4718
    @seenaafyesusjiraa4718 Před 2 lety +1

    Waaqayyoo bagaa sii gargaree waaqayyoo olchaadha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @derimulatu3939
    @derimulatu3939 Před 2 lety +1

    Uuuuuffffeeeeee Waqayyoo Bagaa Sigargare🙏🙏🙏🙏🙏

  • @alyadana3611
    @alyadana3611 Před 2 lety +1

    Waqqayyoo maqaan issaa yaa galatomuu 🙏🙏🙏

  • @oosy6002
    @oosy6002 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuufffi waaqayyoo bagaa sii gargaree 😭😭😭😭😭😭💔💔💔☝☝☝☝waaqayyoo jiratadhaa

  • @scopemobile9467
    @scopemobile9467 Před 2 lety +1

    Imimmaan dhaangalasaan dhaagefaadhee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @scopemobile9467
    @scopemobile9467 Před 2 lety +1

    Uuuuuffff yaa hojjii waqayoo goftaa koo galaata fudhuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953

    Uuuuuufeeekaa safuuuu hojii goftiichaa waqayoo gariidhaa kabbajamii Abbakoo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @asteertube4237
    @asteertube4237 Před 2 lety +1

    Uuuuuuffff haalaa hundumaa keessatti inni sii gargaaree waaqayyoo haa ulfaatu😭😭😭😭😭😭

  • @lalisejaleta5423
    @lalisejaleta5423 Před 2 lety +1

    Waqyo maqan isa kan ebifame hattuu muroto duaa inni gara galche jirenyqti jijiruu

  • @tgsttgst-yq4sj
    @tgsttgst-yq4sj Před rokem

    Waqaaayyoon Dani'el afaan lenchaa kessaa issa basee sinis bagaa sigargaree wayii jiruu biyyaa ormaa adaraa yaa obbollotaan koo akasitii dhiphaachaa hojetaani qarshii kesaan wantaan taneet hin balessiina

  • @user-rr6no7bp7y
    @user-rr6no7bp7y Před rokem

    uuuuuuffuuuuu fffuuu waqayyookooo uluufadhu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @gobineamboodinco603
    @gobineamboodinco603 Před 10 měsíci

    Waqayyoo hundaa kessaa bagaa sii dabarsee❤️❤️❤️❤️

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 Před 2 lety +1

    Uuuufff waqayyoo bagaa sii baasee hadhoo koo dhugaa keetu sii base waqaayyoo beekadha 😭😭😭😢😢😢😢

  • @jambalitu
    @jambalitu Před 3 měsíci

    Goftaaaf waanti danda,amne hin jiru

  • @user-re4kk4kp6g
    @user-re4kk4kp6g Před rokem

    Waqaayoo maqaasa yaa ebifamuu

  • @lumaitufia823
    @lumaitufia823 Před 2 lety +1

    Iyasus goftadha abani dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭 baga si gargare muca Abba koti

  • @aeeca1244
    @aeeca1244 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuuffffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭waqayyoo gaarii dhaa guyyaa rakkinattii

  • @sifanmalaku2369
    @sifanmalaku2369 Před 2 lety +1

    Bayesusim malo waaqayyoko nu gatti atti uuufffi abbako😭😭

  • @waqaayyookaraadhugaadha3302

    Maaloo yaa Waqaayyoo 😢😢😢😢😢😢siin bagaa sii baasee hadhookoo 😢😢😢😢😢

  • @UserUser-ws7oc
    @UserUser-ws7oc Před 2 lety +1

    Baga waaqayyoo dhugaa kee sif falmee hadhookoo

  • @mhgfuytr
    @mhgfuytr Před rokem

    Waaqayyo haa ulfaatu

  • @burtukansadessa6114
    @burtukansadessa6114 Před 2 lety

    Uuuuuuuuuff waaqayo haa eebbifamu

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i Před 2 lety +1

    Uuuufffffff hadhooo koo bagaa
    Waqqayyo bagaa sii basee📖📖⛪⛪

  • @waqqayoqofaabdikoho1657
    @waqqayoqofaabdikoho1657 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuuuuufffffff yaa jiruuhu biyyaa ormaha 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @jirayesus4146
    @jirayesus4146 Před 2 lety +1

    Uuuuuuuuuufffffff baga waqayoo goftaan sii basee hadhookooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j Před 4 měsíci

    Ufffff maloo yaa jiru biya ormaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 kessaatuu dubaartii arabaa 😢😢😢😢😢😢

  • @user-jk4cu4xq6p
    @user-jk4cu4xq6p Před 8 měsíci

    Waaqayoon sibaasee waaqayoon guddaadha yesus gooftaadha

  • @simenashayansaa7243
    @simenashayansaa7243 Před 2 lety +1

    Uuuuuufffeeee baay'ee garaa nama nyataa bagaa waaqayyo du'aa sii olchee waaqayyo dhugaa nama hin baleesuu

  • @simbooamboo9665
    @simbooamboo9665 Před 2 lety +1

    Ayizoosh Lubbuu koo uuuuuufffffff akkam garaa Nama nyataa ayyiiii😭😭😭😭😭😭😭 IFA Guddaatuu Jira fuldura kee wanta adu gafiif jecha biyyaa banee gubanee uuuuuuffffff yoomumaa laata Kan keenyaa????😭😭😭😭😭

  • @BdbHg-mr2bj
    @BdbHg-mr2bj Před rokem

    Ufffeeeee galatoomi gofttaa

  • @semirasemirasemirasemira3420

    Uuuuuuufffff uuuuuuufffff iyasus ko galata ke😭😭😭😭😭😭🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️☝️☝️☝️👍👍👍👍👍

  • @gatt624
    @gatt624 Před 2 lety +1

    Ameein Ameein Ameein Ameein Ameein Ameein🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mimiyeetube9560
    @mimiyeetube9560 Před 2 lety +1

    Uuuuffff waqaayyoo gaaridhaa😭😭😭😭🤲🤲

  • @lumitomi9316
    @lumitomi9316 Před 8 měsíci

    Isa jiru isa jiraatu gooftaa keenyaaf galanni haa ta'u

  • @naae9014
    @naae9014 Před 2 lety +1

    Uuuuuufffee lubkoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹

  • @user-ri8zu9bn4z
    @user-ri8zu9bn4z Před 8 měsíci

    Ammeen

  • @ilfeneshtafera5768
    @ilfeneshtafera5768 Před 2 lety +1

    Uuffeeeee waqayyo abbaan baga si olchee

  • @asfhsaja2021
    @asfhsaja2021 Před 2 lety +1

    Uuuuuufffeeeeee baga waaqqayyoo si olchee hadhoo koo😭😭😭😭😭😭😭

  • @yeradanyeeegzaberyamasagen8257

    Uuuuyii Mali qorimani akkana wayyoo lubiyye koo baga waqayyoo sii base

  • @misgaaneefayyeera9410
    @misgaaneefayyeera9410 Před 10 měsíci

    Halleeluuyyaaa safuu hojii waqaayyoo