Video není dostupné.
Omlouváme se.

Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 04. 2023
  • Taatee Ajaa'ibaa Godina Arsii Lixaatti namoota afur galaaffachuun gaddatti nama galche

Komentáře • 292

  • @procell7301
    @procell7301 Před rokem +5

    Maqaa motii nagatiin maqaa iyasusin hojinsaa haa digamuu hafiraa hamaa kaan duraan gabarsaa baree wayii ❤❤maqa iyasusii biyy koratii habboo hiin godhatiin 🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @tube-ms3iq
    @tube-ms3iq Před rokem +1

    ይህሁሎ የወጀላችን ብዛትነው የሰውልጅ እደከብት እያረዳቹሁ እየጠላቹሁ ከብትእኳን በክብርነው የሚታረድ የሰውልጂግን የዛንያህል እኳን ክብርየለመ ቂማ አለመቆሙው እራሱው አላህ አዛኝ ሰለሆነነው እጂማ እደኛወጀልቢሆነ እሳትነበር የሚዘብንን

  • @eliasyusuf1930
    @eliasyusuf1930 Před rokem +7

    yaa rabbii kiyya namoota darbaniif araarama, isa hafan ammoo ati nuuf tiksi😪😭😭😭

  • @asnibelhu8843
    @asnibelhu8843 Před rokem +5

    ምድር ተከፍታ ሳትውጠን ፈጣሪ ይቅር ይበለን የግፋችን ውጤት ነው

  • @user-jv6js4qw3m
    @user-jv6js4qw3m Před 5 měsíci

    Subahan alaha rabbiin ramata ha godhuuf

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Před rokem +2

    Subhaan allah subhaan allah yaa rabbii guddate ati😢😢

  • @mubarekkefeno5822
    @mubarekkefeno5822 Před rokem

    Suban Allah! Warra du'e rabbi haa jeennatu. Maatii firootan isaaniif jabina haa kennuuf.

  • @taaddutt2215
    @taaddutt2215 Před rokem

    Maqaa Maqaa caluu Maqaa Yesuusiin Afurii boliichaa kessaa ta,ee dhigaa nama dhuguu haa waranamuu👋👋👋👋👋

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Mootummaan amma bakka yaaduu Geejjibni yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa Eegumsaa dhoksaa ergaa jedhee haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb ida'amuun mandisni laftis gaaddisa mootummaan biruma

  • @leoleo1143
    @leoleo1143 Před rokem

    Waaqayyoo Namaa hoolchuu kan boqotan Lubbuu haa maaruu Waaqayyoo

  • @burte7300
    @burte7300 Před rokem +1

    Kuni hojjii Seexanaa Haafuura hamadha waqayyoo isin irraa haa ifatu kadhaadha
    yaa waqayyoo ati Haafuura hamma Achi keessa jiruu kana ati ifaadhu gubi🤲🏻

  • @gedaabdissa6618
    @gedaabdissa6618 Před rokem

    Tilmaamni ogeessi kenne kun dhugaa natti hin fakkaatu, sababnisaas naannoon baqaqni lafaa kun itti mudate kun naannoo sulula Qinxamaa guddicha Ardii Eeshiyaati jalqabee hanga Aardii Afrikaa kibbaatti keessafulla'ee qaxxaamuru wanta'eef, naannoo kanatti Aardiin nuti keessaa jirru kun gara lamatti yeroosheen tarsa'aa jirtuufi sochiin keessoo lafaa nannoo kanaas bay'ee yaddessaa ta'uunsaafi baqaqiinsii gurguddaan nannolee sulula kana keessatti argaman kessatti irra deddebin mudachaa jiraachun saa yaadannoo taatewwan naanno sanatti mudataa turaniti. Waanta amma naannoo Shaashamannetti darbuu lubbuu namaatif sababa ta'ee kun ifaaf ifatti naanno Affaar kessaatti baqaqinsa lafa kanaan dura mudatee darbeen walbira qabanii ilaaluun bareedaa natti fakkaata. Baqaqiinsi Affaar keessatti mudatee darbe sun gaazii hamaa lubbu dabarsuu danda'uufi ho'iisa hamaa qabu burqisiisaa turusaa gartuun qoraattotaa mirkaneessuun ibsaniiruu.
    Haaluma kanaan iddoo baqaqiinsi lafaa kun ittimudetefii baqqaana lafaa isaa gadi'aanuun qaawwaan tarsa'iinsi lafaa umee kun yeroo wal qunnamu gaasiin summaa'oofi yeroo gabaabaa keessatti lubbuu qabeeyyiirraan midhaa lubbuu dhabamsiisuu qaqqabsiisuu danda'uu. Kanaafuu wantii namoota birmannaaf dhaqanillee ajjeese kun gochaa sexanaa yokaan hafuura hamaa akkasumas illee lolaadhan kessoon lafaa midhamuu osoo hin taanee, naannoon kun jechuun bakken sulula Qinxamaa qaxxaamuree darbuukun akka ragaan qorannoo giology argisiisuttii naannoon qinxaamaa Aafrikaa qaxxaamuraa darbu kun jijjirama arifachisaa kessummessa jiraachuusaa ragaan qorattota biraa odeeffatamu ni'eera. Haaluma kanaan ogeyyiin geology fi wajjiraaleen motumma dhimmi kun isaan ilaallatu qorannoo taasisuun dhimma kana ilaalchisee odeeffannoo gahaa hawaasa naannoo baqaqi laafaa itti mudatee jiruufi garafulduraatti jijjirama kanaan wal-qabatee baqaqiinsa laafaa mudachuuf jiru irraatti of eggannoon akkaami tasifamuun akka barbaachisu haawaasa naanno hubachisuun bala hubannaa dhaburraa dhufu akkasirraa dursanii hawaasa ofii baraaruun niidandaa'amaa. Midiyaan OBN illee ittigaafatamummaa gamakanaan qabuu hawaasaaf beektota gama kanaan jiran odeeffachuuun hubannaa ga'aa kennutu irraa eegamaa!

  • @hamdegebre9519
    @hamdegebre9519 Před rokem

    Subhaanallaah Rabbiin isaaniif haa araaramu jannataan isaan haabadhaasu!

  • @biree4802
    @biree4802 Před rokem

    Ayiii Maqayesusiin Waqayyoo nu,haa olchuu😢😢😢😢😢

  • @user-yy2fs2tf2l
    @user-yy2fs2tf2l Před rokem

    Subahaanallah jahnnam olbahe 😥😥😥

  • @diboradaadhii3226
    @diboradaadhii3226 Před rokem

    Gazii umamaa taa.u dandaa.a namotaa baratee agarsisaa qoratottaa gazii umamaa itti fidaa

  • @temamsultan9279
    @temamsultan9279 Před 4 měsíci +1

    subhanallah

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul2150 Před rokem +2

    Begeta eyesus sim 😢😢😮

  • @WaktolaEndalu
    @WaktolaEndalu Před 11 měsíci

    Wanti akkanaa Kun Afuura seexanaati humna dhiiga yesuusin hadha'amu

  • @obsituubetiislamaa
    @obsituubetiislamaa Před rokem +8

    Subahaanallah qadarumaa Rabbiti☝️😭😢

  • @Waaqayyo_arjaadha
    @Waaqayyo_arjaadha Před rokem

    Bayeesuusim😭😭😭 Gooftaan hafuura hamaa naannoo san jiru haa ifatu🙏

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Dhugaa ummataaf Beekumsii Eegumsaa Eegumsaa dursuu Wal gaafataa

  • @dammaqi944
    @dammaqi944 Před rokem +1

    Barri gaye abbaa beekuuf! Jaariin keenna deebi’e! Abbaan ufi hin arguu mixiin quba fixe

  • @foziyaafoziyaa9450
    @foziyaafoziyaa9450 Před rokem

    Yaa rabbii kiyyaa nuu barari atii worraa dhumee rafimataa godhii kaa hafan nuu tikisii atii😢😢😢

  • @sabbotuuoromiya6012
    @sabbotuuoromiya6012 Před rokem

    Bayesusim kuni afuraa hamadhaa waqayyoo isaa haa ifatuu kadhadhaa jabadhato
    Kan lubbun daraban waqayyoo namasee haa maruu😭😭

  • @dasiikiyyaa7578
    @dasiikiyyaa7578 Před rokem

    Uuuiuuu waaqayyoo matii sanaf jajjabinaa haa kennu

  • @rahiqaa
    @rahiqaa Před 11 měsíci

    yarbii.najaa.nubsii😢😢😢😢😢😭😭😭😭

  • @fanosetube2291
    @fanosetube2291 Před rokem

    Waaqayyoo biyya kenyaas sabba kenyaas hammaraa nuuf egii

  • @sabontuujimmaa7728
    @sabontuujimmaa7728 Před rokem

    Subahan Allaah 😢😢😢😢 inaillaah woinaa illaahi Rajiun😢😢😢😢

  • @mulukaamulukaa39
    @mulukaamulukaa39 Před rokem

    Yalaa ati nu basii ka 😭😭😭😭

  • @mekdesmelaye
    @mekdesmelaye Před rokem +1

    Maqaa waqqayyo tokchatn maldhaa garu setaxan 🥺🥺😭😭😭😭😭😭

  • @alhamdulilha6065
    @alhamdulilha6065 Před rokem +1

    Subahaan Allah 😭 😭 😭 😢😢

  • @sabontuujimmaa7728
    @sabontuujimmaa7728 Před rokem

    Ya Rabbii Ko. Subahan Allaah 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @planscoll187
    @planscoll187 Před 11 měsíci

    Yaa Rabbi 💔😭😭😭😭wanta ka yoo umanii garaa gantii wali galee itti naqee duchee ergaa duchee boddee sirtii xaqaxanii furmataa hin ta,uu

  • @tajudinmd1634
    @tajudinmd1634 Před rokem

    Yaa rabbii inalilahiii woo inaa ileyii raji.unii rabbii nufii lafisii😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Před rokem

    Yaa waqaayoo malii dhagenyaa garuu yaa rabii maliidhaa jechudhaa wantii hakanaa. 😢😢😢😢😢 rabii nabsee isan yaa maruu rabii uuuufffffffffffff😢😢😢😢😢😢

  • @SacdiyaDaahir-mr6te
    @SacdiyaDaahir-mr6te Před 25 dny

    Wayoo Abiyii salama

  • @khadeejehabushindi608

    Ajaj aa rabbii Alhamdulillah jechuu dhaa😭😭😭

  • @sabontuoromo3996
    @sabontuoromo3996 Před rokem

    Maaltu achi keessa jiraa😥😥😭😭😭

  • @brtukanjote6928
    @brtukanjote6928 Před rokem +1

    Iddoo sun seexaan nama nyaatu jiraa dhugaa osoo tsabalaa itti naqaan wayyaa dhugaa😭😭😭😭😭😢😢😢😢

  • @tayitutube891
    @tayitutube891 Před rokem

    Hojii seexanaatti 😢 😭😭 maaloo nu Araraamii Yaa hoftaa

  • @AsfawHundecha-hj6wu
    @AsfawHundecha-hj6wu Před rokem

    Yaa rabbi nu bassi nama gadisisa

  • @welelabenga8618
    @welelabenga8618 Před rokem

    Haa raabii nuyii basii wanii akka malee 😭😭😭😭😭😭😭

  • @ahmedamin9577
    @ahmedamin9577 Před rokem

    Namni akka isaan itti du'n bira dhaabatee arge sun dhugaa jirtu baasuu qaba.
    Itti gaafatamni lubbuu namoota 4 kan maatii tokkoo tapha tayuu hin qabu.
    Karaa heeraaf seeraatiin qoratamuu qaba.
    Dhugaan ni qal'atti malee hin cittu.
    Gumaa isaanii rabbiin haa baasu.

  • @yoomiilataa2599
    @yoomiilataa2599 Před rokem

    😭😭😭😭 Ina Lilahii waa inaa ileyhraji'un

  • @mediitube8488
    @mediitube8488 Před rokem

    Kuni hojii seexanatti Waaqayyoo ishee haa ifaatu.

  • @JabiirJabiir-pd6il
    @JabiirJabiir-pd6il Před 5 měsíci

    Afrankalatii afrankarooraa phiilaana namumaa karoranamuuma qabatuufii qabatuudhadu keetuubaha guyaasatii murtiinamumaa rawiinamumaa qabatuufii qabatuudhabuu ketuumulataa guyaakeexumuramee xumuratee dhabamtee dhabamsiiftee jiiratuufiidhabamuutanaa namnii guyaasadiibeeyne gowaadha kalee araantana boruu. Jachuudhaa guyaanku dhandharaa jiiruutii bekkuufii walaaluun guyaaketiinii nama namnii phiilanabasuuf kartaabasuuf. Kanbadiidhaa murtiimurteesuuf rawiibasuuf dudhadhableedhaa boruubeeynedhaa

  • @AaQq-dj1nl
    @AaQq-dj1nl Před rokem

    Waqqayyoon nuu haa olchuu hammaara isaan boqatan lubbuu isaan jennata yaa tasiisuu😥😥😥😥😥

  • @lomilomi9211
    @lomilomi9211 Před rokem +1

    Maqaa waaqayotin kuni hojii Seexanatti waqayyoo ishii haa ifatu abo😢😢😢😢

  • @shelemehachalu1387
    @shelemehachalu1387 Před rokem

    Taatee ajaa'ibaa osoo hin taane taatee gaddisiisaadha. Mata dureen keessantu ajaa'iba!

  • @sofiahuseen4589
    @sofiahuseen4589 Před rokem

    Subanaala ufffiiii ya allah 😭😭😭😭😭😭

  • @yerusjabesa8400
    @yerusjabesa8400 Před rokem

    Maqaa iyesusin😢😭 kana kesaa afiraa hamatu jiraa kan hidhamee haa ta'uu

  • @tawakaltualalhaa1824
    @tawakaltualalhaa1824 Před rokem

    inalilahii wainayhrajahun☝️☝️😭😭

  • @warkiikasaa6181
    @warkiikasaa6181 Před rokem

    Ya waqayyoo kanaa jalaa bubasii🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲

  • @rahimarahima1991
    @rahimarahima1991 Před rokem

    Malo haxirii iti haxiraa horiifi Da.immanii bayee midhamuu haxiraa

  • @dubaguyo2133
    @dubaguyo2133 Před rokem

    Haalli wal-fakkaataan Godina Boorana Aanaa Taltalleetis umamee ture, lubbuu namoota galaafate!

  • @caaliqasiimcaaliqasim2643

    Subaanalaah

  • @medvoy-oi5ln
    @medvoy-oi5ln Před rokem +1

    yaa raabbiii kiiyyaa nutiksii

  • @zeharaademshiferaw6308

    Allhamdulilahi elki belu

  • @wgcscdegh8674
    @wgcscdegh8674 Před rokem

    Maqaa gooftaa iyesusin 😭😭😭😭😭

  • @mestuuteddese4114
    @mestuuteddese4114 Před rokem

    Yaa waaqayyoo nuu olchii 😢😢😢😢😢😢

  • @BilalJeyloSaaidoromocomunty

    Yoomiyyuu amaara ofiirrattii hin dhifnu

  • @amenm3764
    @amenm3764 Před rokem

    Ayiiii.rabin.kan.jenataa.jaraa.hadhuu

  • @ababuyeemariyaamlijii2551

    yaa waqaayyo maalumaa Argaa buluu 😭😭😭😭😭 waqaayyo nabsee isanii haa maaruu uuuuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😭

  • @SumayaArsii-dd1zr
    @SumayaArsii-dd1zr Před rokem

    Innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun innaa lillahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun

  • @MaroMagerto-jb3gn
    @MaroMagerto-jb3gn Před rokem

    Malii kunii maqa yesusii 😭😭😭😢😢

  • @chaltuuethiopiayoutube8388

    😢😢😢yaa waqayoo nubasi😭😭😭💔💔💔💔

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Innaa lillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun subahannallah Allahu akbur yaarabbii galannii keetii..maqaanis Barsiisoota sawsaw aswrwb qabeenyaa barnootaa dubarttoonnii garaa/Obbolummaa answer Eegumsaa aswrwb laftis riqicha Ramadaan Karim sawsaw galatoomii hayyuun/nnii yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed harkiis dhaqqabii hojii Dhalootaa Baankii siinqee Eegumsaa haqa mootummaan

  • @ahmedbadaso1250
    @ahmedbadaso1250 Před rokem

    Ya rabbii koo nuf haraaraamii😭😭😭😭😭😭

  • @ashash9382
    @ashash9382 Před rokem

    SUBHANIIALHA Shexna keessa jirrraa 😭😭

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa2080 Před rokem +1

    Uuuuufffffff Subahaan Allah ☝☝😭😭

  • @awelhasen8258
    @awelhasen8258 Před rokem

    Innaalillhii woinnaa ileyhii raaji uun

  • @oroomooko9039
    @oroomooko9039 Před rokem

    Subanaallaa

  • @amina7304
    @amina7304 Před rokem

    Subahana alhaa 😢😢😢😢

  • @user-vq7qo2es3b
    @user-vq7qo2es3b Před rokem

    Subhaanallaah innalillaah wa,innaa ileeyhi Raaji,unn

  • @MahammadAhmad-wj9tb
    @MahammadAhmad-wj9tb Před 8 měsíci

    Yaa OBN galatoomaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Yaada mo'ataan M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi injifannoo Hawaasaa Nu sochii onnee Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins nyaataanis Dhibee Caqasii oso deemne argaaniif hin eeganii Beekaniif eegaan Nageenyaa sawsaw Wal dhageeffachuun riqicha barnootaa Enterprise W/Bishaan Oromia Biyyaaf lftis Gaaddisaa Beekumsii Eegumsaa dursii Sabaafi sab lafaumaa

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 Před rokem +3

    Inaa lillaahi waa inaa illeehi raji'uni 😢😢😢😢😢

  • @sindeeabaad-uq6je
    @sindeeabaad-uq6je Před rokem

    Ayiisaa

  • @dinqituurafisaa2443
    @dinqituurafisaa2443 Před rokem +16

    😢😢😢Maqaa goftaa yesusiin sexxanadha kun waaqayoo ishee haaifatuu

  • @iftuuiftuuyoutubechannel6313

    Yaa rabii nuu basii🙏🙏🙏

  • @bizubizu3202
    @bizubizu3202 Před rokem +1

    Gazinii Malini xabbalaa yiracatanii😢😢

  • @birqemagarsaa3333
    @birqemagarsaa3333 Před rokem +1

    Yaa rabbii maltuu ta'ee😭😭😭😭😭😭🥺

  • @kiyyaa4620
    @kiyyaa4620 Před rokem +2

    Yaa rabbii😢😢😭😭😭

  • @biftu16jimma
    @biftu16jimma Před rokem +4

    Yaa Rabbii maal dhaga'uutti jirraa 😭😭😭😭

  • @HiikmaaOrotube
    @HiikmaaOrotube Před rokem

    Subahaana Alhaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @kuulikuuli7915
    @kuulikuuli7915 Před rokem

    Kuni afuraa jaawee kuni waaqayoo ishee raakkutuu

  • @etenshdabawajira5427
    @etenshdabawajira5427 Před rokem

    Uuufffff yaa rabbii koo nuu basi😢😢😢😢😢😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Kan fayyaa qabuu Qalbiinis mootii Eegumsaa yoo beeknee
    Garuu kam ilkaan ittisaa dhibeenis mootummaan qabeenyaa biologist aswrwb wal'ansaa deemsis hojii

  • @ayatnisirudin1338
    @ayatnisirudin1338 Před rokem

    Subahaan Allah 😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kamalliwa4809
    @kamalliwa4809 Před rokem

    Subahanall

  • @user-eb2et3pk4y
    @user-eb2et3pk4y Před 5 měsíci

    Uuuuuuuuuuuu uuuuuuuuuu. LAAMII KOO😂😂😂😂😂

  • @kwtkwt333
    @kwtkwt333 Před rokem

    Rabbin nuhabaru

  • @marwanaljasmi8085
    @marwanaljasmi8085 Před rokem

    Yaa rabii naga nuf busii sexana balesii Ethiopia keesaa kuni hojii sexanati 😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-vd3de7ib4x
    @user-vd3de7ib4x Před rokem

    ዉብ ሀገር ነብር. ግን ግፍ በዛ. ወሮሞ /አማራ. ተዋዶ ምየሚኖር ነበር

  • @tigistibuzuna5571
    @tigistibuzuna5571 Před rokem

    Waqayoo sii haa hifatamuu

  • @ayishausumaila1006
    @ayishausumaila1006 Před rokem

    Subahanalaa yaa rabbii yaa allaah 😢

  • @ashaamudee9161
    @ashaamudee9161 Před rokem +1

    Subnaallaa yaa allaa😭😭😭

  • @kadiryusuf
    @kadiryusuf Před rokem

    ❤❤❤❤

  • @mashama2014
    @mashama2014 Před rokem

    سبحان الله 😢😢😢😢😢😢