Maaloo yaa abbaa koo karaa irraa na kaassi

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 08. 2024
  • Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
    ***************************
    Maaloo yaa abbaa koo karaarraa naa kaassi
    Akka hiriyoota koo guutu naa taasisii
    Qaroo koo dhabudhaan karaatti hafeerraa
    Maaloo yaa Iyyesuus koo an si waamadherraa
    Maa abbaa koo an si waamadherraa
    ***************************
    Isaa moo maatiisaadha kan waa balleessee
    Moo gidiraa isaattin kan qaroo isaa jaamse
    Jedhannii gaafatan waa'ee kee cimsannii
    Isaan fayyisuu kee taasa yoom yaadanni(2x)
    ***************************
    Hiyyumaa koo jechaa dhaburraan kan ka'ee
    Ceephoo biyya lafaa anarraatti ta'ee
    Nan amanaa gooftaa hin hafuu karaarratti
    Iji koo na jamtuus lapheen koo si ilaalti(2x)
    ***************************
    Siti amanaa gooftaa duraa kee dhabaadhe
    Jabeessettan iyyaa naa fayyisi jedhee
    Fariisotni yaadan karaa natti cufu
    Hin deemin nan jedhuu yoon gara kee dhufu(2x)
    ***************************
    Isaa moo maatiisaadha kan waa balleessee
    Moo gidiraa isaattin kan qaroo isaa jaamse
    Jedhannii gaafatan waa'ee kee cimsannii
    Isaan fayyisuu kee taasa yoom yaadanni(2x)
    ***************************
    #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
    Well come to Our CZcams Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video.
    Join Our CZcams channel MemberShip
    / @roobaanuuf
    / roobaanuuf
    Visit SBOO
    afanoromobatch...
    Visit Learnonces
    learnonces.000...

Komentáře • 100

  • @obsituujirenyaa607
    @obsituujirenyaa607 Před 4 lety +2

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebifami farafana ergamtotaa siyaa dhageechisuu waqayoo bara jirenyaa kee sifi yaa ebisuu waqayoo 🙏🙏🙏👏👏👏❤❤❤💘💘💘

  • @portakalportakal1230
    @portakalportakal1230 Před 4 lety

    Elelelelelele👏👏👏👏👏👏 farfannaa ergamoota kan miraa kakkaasu kan lafee jajjabbeessu kan dinnaa barbaddessu kan gooftaa gammachisu isin haa dhaggesisu Ameen

  • @tarikeasfaw6926
    @tarikeasfaw6926 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waaqayyoo Gooftaan sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu baraa tajajilaa kesan isinif haa dheresuu ebbiifamaa 💒💒👏👏👏🌿🌿🌿🌿🌿

  • @manarkalba3866
    @manarkalba3866 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen waqayyo gooftan sagalee jirenyaa sii haa dhagesisu bara tajajilaa kee siif haa dheressu

  • @birko3050
    @birko3050 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ✝️ 🙏 Waqayyoo Goftan bara jirenya kee haa Ebbisu 🤲🤲🎤👏👏👏👏💒💒💒🙏🌹

  • @anaafkiristoosjireenyaakot9371

    Waaqayyo Gooftaan Farfannaa Ergamootaa kan miraa kakaasuu kan dinaa Daabiloos barbadeessu kan Waaqayyo gooftaa keenyaa gamachisuu siif haa dhageesisuu 🙏🙏🙏⛪

  • @betiiyemariyamlijicell4310

    Amen Amen Amen ebifamii waqayo sii haa ebisuu goftan yadaa kee hudaa galman sif haa gahuu kadhanaa kee hudumaa sif haa dhagahuu hudumaa kenyaf👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤

  • @simbootaawidooetophy8305
    @simbootaawidooetophy8305 Před 4 lety +1

    Uuuuuuuuuuuuuffffffffeeeeeeeeee 😭😭😭 waaqaayoo gooftaanii saagaalee jiireenyaa isinii yaa dhaagesisuu baaraa taajajilaa keesaanii haa dheeresuu dhaalatuu motuumaa isaa isiinii haa taasisuu

  • @tarikeasfaw9350
    @tarikeasfaw9350 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
    waaqayyoo Gooftaan sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu baraa tajajilaa kee siif haa dheresuu ebbiifamii waaqayyoo kadhannaa kee nuuf haa dhaghuu 💒💒💒💒💚💚👏👏🌹🌹🌹👈

  • @tigisit3370
    @tigisit3370 Před 4 lety +1

    Ameen Ameen Ameen farfanaa ergamotaa sii haa dhagesisuu 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @maariyaami.inateeetiopiyaa2548

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebifami waqaayyoon sagalee.jirenyaa.siyaa.dhagesisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa7320 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen sagalee jirenyaa sinii haa dhagesisuu waqayyoofi hunduu dadamaa ❤❤👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏

  • @meemimeemi4935
    @meemimeemi4935 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Amen sagalee jirenya si yaa dhagesisuu waqayyoni bara tajajjila kee sif yaa dheresuu dhaltu motuma is si yaa tasifatuu nufi ebifami elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele 👏👏👏👏👏👏👏⛪🙏📖🕯🕯🕯💚💛❤💚💛❤

  • @oromiyaa1870
    @oromiyaa1870 Před rokem

    አሜን አሜን አሜን 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🛐🛐🛐😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭eellllleeeellleeeellleeellleeelleeeelleeeelll 🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤👏👏👏👏👏👏👏🎻🎻🎻🎻🎻💐💐🌿🌿🌿🌿🌿🎋🎋🎉🎉🎉🌹🌹🌹🌾🌾🎄🎄☘️☘️☘️🌱🌱🌱🌱

  • @burtakanb5816
    @burtakanb5816 Před 4 lety

    አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን

  • @user-ro1qi8vm4j
    @user-ro1qi8vm4j Před 4 lety

    AMEEN AMEEN AMEEN Farfanaa ergamotaa kan miraaa kakasuu kan lafee jajabesuu kan dinaa kenyaa barbadesuu sii haa dhagesisuu👏👏👏👏👏👏👏🙏

  • @mastuutasafie7285
    @mastuutasafie7285 Před 4 lety +1

    ameen ameen Ameen
    eeiiiiiiiiii eeiiiiiiii eeiiiiiiiiii
    waqayyoo 💒💒💒

  • @fatenchoker5483
    @fatenchoker5483 Před 3 lety

    Ameen ameen ameen ebbifami waqayoo sagale jireenyaa si yaa dhaggechissu baraa tajjijalla kee sifi yaa dharreessui👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @lightofgod5433
    @lightofgod5433 Před 2 lety +1

    Ammeen Ammeen Ammeen ⛪🤲🕯️✝️

  • @geteafe9944
    @geteafe9944 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen waqayo sagale jirenya saa dhagisu

  • @berrymokene51
    @berrymokene51 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen

  • @wudeyadessa1181
    @wudeyadessa1181 Před 11 měsíci

    Ameen ameen Ameen waaqayoo sagalee jireenyaa siihaa yaa dhagesisuu lelelelelelele elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel elelelelel,,🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞💞

  • @asteraster8988
    @asteraster8988 Před 4 lety +1

    Amen Amen Amem 💒💒💒💒💒💒💒💝💝💝💝waqayoo sagalee jireenya si ha dhagechiisuu☝

  • @loulouloulou7912
    @loulouloulou7912 Před 4 lety +3

    Waqayoosaa.Ebiisuu.barakeehudu🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️👏👏👏👏👏👏👏👏🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🎤🎤🎤🎤🎤🎸🎸🎸🎸🎸

  • @schahrour4816
    @schahrour4816 Před 4 lety

    Amme Amme Amme sagale waqayo nu dhagesiste ebbifami bara bara🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

    • @phonehouse6800
      @phonehouse6800 Před 3 lety

      Waaqayyoo abbaa kenyaa sagaleen jireenyaa isiin haadhegisuu dhaaltuu MOOTUMMAASA.ISI HAAGOODHUU❤️🎶

  • @ghambiaghana1970
    @ghambiaghana1970 Před 3 lety

    Jabadha bayyen siin jaladha waaqaayyoo siin ha'eebisu.

  • @tizitayefatarilijtizitayef4178

    Ameen Ameen Ameen waaqayyoon sagalee jireenya isiin yaa dhagesisuu

  • @warkitogirma221
    @warkitogirma221 Před 4 lety

    AmeenAmeen Ameen waqayyoon sagalee jireenyaa sii dhageechisuuu

  • @obseesalaleeabdiinkoorabii8858

    Amenee Ameenee Ameenee elelelel elelelel elelelel ebifaamii

  • @tarikeasfaw9350
    @tarikeasfaw9350 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele 💒💚👏👏👏👏👏👏

  • @bontuugincii9354
    @bontuugincii9354 Před 4 lety

    Ammen Ammmen ammenn

  • @gexinash363
    @gexinash363 Před 3 lety

    Ameen ameen ameen 🙏❤

  • @bontuugincii9354
    @bontuugincii9354 Před 4 lety

    uuuufff. sagalee jirenyaa sinaa haa. dhagesisuu

  • @burtukantsehay4344
    @burtukantsehay4344 Před 4 lety

    Amen Amen Amen

  • @waraqiitube8473
    @waraqiitube8473 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen

  • @abdiikowaaqayyooqofaa763

    Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sumeyaayeewelgaalijjii9242

    ammeen ammeen aammeen ebiffaamii

  • @opsieopsie7162
    @opsieopsie7162 Před 4 lety

    Ameen Ameen AmeenAmeen Ameen

  • @haregnegash6634
    @haregnegash6634 Před 4 lety

    Elllllllllelllllllllelllllllllll👏👏👏👏👏👏👏 farfannaa ergamtota sihaa dhagesisuu

  • @ganetbaqallaa8514
    @ganetbaqallaa8514 Před 4 lety +1

    Amen Faruu ergamota kan miraa kakasuu kan lafee jajabesu kan dabiloos dinaa keenya Adunyaa kana irraa gubee barbadesuu kan mootumaa isaa sin dhalachisuu sin haa dhagesisu

  • @saratubi4167
    @saratubi4167 Před 4 lety

    Waqayo sagale jirenya siyaa dhageu😗😗

  • @Bethel_27
    @Bethel_27 Před 2 lety

    Ammeen Ammeen Ammeen ♥️♥️⛪ 🙏🙏

  • @wirkitumoubayed5756
    @wirkitumoubayed5756 Před 4 lety

    Amen Amen Amen ⛪⛪⛪⛪⛪⛪

  • @afddgety1107
    @afddgety1107 Před 4 lety

    Farfana ergamotaa kanii miraa kakasuu kanii lafaa jajabesuu kanii dinaa kanyaa gubee barbadesuu isini yaa dhagesisuu ebifamii silasenii isinii yaa ebisuu kanumaa calaa iciti isaa sifii yaa bayisuu 👏👏👏👏👏👏👏👏👏🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐

  • @tigiestlarni5785
    @tigiestlarni5785 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Amen😭😭😭

  • @birrigirmaa9314
    @birrigirmaa9314 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen

  • @burtetube3302
    @burtetube3302 Před 3 lety

    Ameen ameen Ameen ❤❤❤🙏🙏🙏

  • @opsieopsie7162
    @opsieopsie7162 Před 4 lety +1

    Elelelele👏👏👏👏

  • @almaazbojaa6121
    @almaazbojaa6121 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen 🤲🤲

  • @masartbira7061
    @masartbira7061 Před rokem

    Amen Amen Amen Elelelelelelelelelelele 🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @disadisa4373
    @disadisa4373 Před 3 lety

    baga gechani ayana masilqaa Guyana

  • @aayyuutube2457
    @aayyuutube2457 Před 4 lety

    Elllleelllllleeelllle
    👏🎤👏🎤👏🎤👏
    👏🎤👏🎤👏🎤👏
    Elllleelllllleeelllle
    👏👏👏👏👏👏
    🎤🎤🎤🎤🎤🎤
    Ameen hunduma kenya farfanaa ergamota nuhaa dhagesisu.

  • @ObseeTolasaa2214
    @ObseeTolasaa2214 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲💜💜💕💕💕😭

  • @finitdagafaa5800
    @finitdagafaa5800 Před 3 lety

    Amen amen amen 👏👏👏🙏🙏🙏💗💗💗⛪⛪✝️❤️

  • @doryghamshoul7824
    @doryghamshoul7824 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen 🙏 🙏💒❤❤💚💚❤❤

  • @gelanahurisa
    @gelanahurisa Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameenn👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @abebechalamu2349
    @abebechalamu2349 Před 3 lety

    Amen amen amen!🤲🤲🤲😭😭😭😭🙏🙏🙏⛪⛪⛪

  • @shahamashahama297
    @shahamashahama297 Před 3 lety

    👏❤😢😢 Ameen

  • @yenetube4927
    @yenetube4927 Před 4 lety +1

    😭😭😭😭

  • @furtuushow1543
    @furtuushow1543 Před 4 lety

    Ameen farfana ergamota siin haa ebisu

  • @aayyuutube2457
    @aayyuutube2457 Před 4 lety +1

    Malo yaa waqa koo karara na kasii 🤲🤲🤲😭😭😭😭 Waqayyo goofta sagale jirenya sihaa dhagesis.
    Gaafi tokko mee anii farfatuu ta,uu barbadaa mal gochuu qaba
    Kenawwan tawahidooo.

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Waalaloo barreeffachu yaalli, akkasumas yeedallo illee osoo qopheeffatte gaariidha. Wangellaa dubbisii, kadhannaan goodhadhu, Waaqayyoon ayyannaa isa akka sii baay'isuuf kadhadhuu.

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 Před 4 lety

      @@roobaanuuf ebbiffaaamaa hadhoo ko keenaa dubro
      Walalo heduu barese qaba akasums wangeli sorata koo yeroo hundati
      Tole waqayyo naf haa tasisu galatoma

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      @@aayyuutube2457 Jabaadhu Waaqayyoon ayyaana isa sif baay'isee nama waa'ee isaa faarfattuu si haa taasisuu!

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 Před 4 lety

      @@roobaanuuf barisa bakka gaafii nati ta,ee asumanin sin hordofa na jajabesu kesanif waqayyo goofta sagale jirenya sihaa dhagesisu Ameen

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety +1

      Ameen, Rakkoon qabu. Yeroo kam iyyuu taanaan gaaffi wanta sitti ta'u Comment irraatti barreessi!

  • @saboontuuoromoo9280
    @saboontuuoromoo9280 Před 3 lety

    Ameeeeeeen (3) ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-jq4qt3bw1t
    @user-jq4qt3bw1t Před 4 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @abeabebech6085
    @abeabebech6085 Před 4 lety +1

    Amen amen amen 💒❤❤❤

  • @ababafiqir8676
    @ababafiqir8676 Před 4 lety

    Ellllllllllllllllllllllllll Amem Amen en Ellllllllllllllllll Amen Amen😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @loulouloulou7912
    @loulouloulou7912 Před 4 lety +2

    Ameee.ameee. AMEENII 💒💒💒❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @berhani5698
    @berhani5698 Před 4 lety

    አሜን አሜን አሜን ቃለ ሕይውት ያስማልን እልልልልልእልልልልልልልልልልልልልልልልልልል

  • @almazylmaz938
    @almazylmaz938 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen😭😭😭😭💒🙏🙏🙏

  • @galaaneeobsa3675
    @galaaneeobsa3675 Před 2 dny

    ❤❤❤🎉🎉🎉😢😢😢

  • @user-jq4qt3bw1t
    @user-jq4qt3bw1t Před 4 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @saascelld6616
    @saascelld6616 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen 🌹🌹💖💖💖

  • @ayelechetefa809
    @ayelechetefa809 Před 4 lety

    Amen Amen Amen !💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙🙏🙏🙏🙏

  • @waqayoohaadha2503
    @waqayoohaadha2503 Před 4 lety

    Ammmen Ammmen Ammmen Ammmen Ammmen Ammmen Ammmen Ammmen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @berhani5698
    @berhani5698 Před 4 lety

    😭😭🙏🙏🙏🙏🌹🌹

  • @nermeenabbas7993
    @nermeenabbas7993 Před 4 lety +1

    Amen Amen Amen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @bontuugincii9354
    @bontuugincii9354 Před 4 lety

    uuuuuffff 😭 😭 😭 😭 😭

  • @dirrubegame3102
    @dirrubegame3102 Před 4 lety

    AMEN AMEN AMEN 🤲🏼🤲🏼🕯⛪🕯🤲🏼🤲🏼❤❤🇪🇹🇪🇹

  • @wejzhhxhddhdu
    @wejzhhxhddhdu Před 4 lety

    Amen,ameeeeen❤❤❤❤❤

  • @weynishetbrenu4465
    @weynishetbrenu4465 Před 4 lety

    Ellllllllllllllllllllllllll

  • @ababafiqir8676
    @ababafiqir8676 Před 4 lety

    💓💓💓💓💓💓💔💓💔💔💔💔💔💔

  • @orthodoxTew
    @orthodoxTew Před 4 lety +2

    Waqayyo farisaa erigamoota siyaadhagesisuu ebifaamii

    • @umhzaa334
      @umhzaa334 Před 4 lety

      🌹🍉🌂🌻🌎🌏🌾🌿🌲🍭🍦🐟🐀

  • @imabetimulu3483
    @imabetimulu3483 Před 4 lety

    Eeeeee
    Eeeeee
    🙏🙏🙏🙏
    💒💒💒💒

  • @user-nj8uw6hm6d
    @user-nj8uw6hm6d Před 10 měsíci

    Eebbifama ❤