Faarsaa haaraa bara 2020 'Isheedha haati Waaqayyo'

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 12. 09. 2024
  • Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
    *************************
    Isheedha haati Waaqayyoo isheedha nuuf araarsittuun
    Waaqni dhiifamaa isaaf karaa ishee nuuf dhufee
    Maariyaam Maariyaam jenne beella'un keenya hafee
    ********************
    Abbaan samiirratti ishee filaaterraa
    Ilmis ayyaananni isheerraa buleerraa
    Afuurii qulqulluun ishee golbobeerraa
    Waaqan waan filaamteef addaa isheen hundaarraa
    *********************
    Maqaa kee yoon waamu dammaan guuta afaan koo
    Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo
    si waame haadha koo
    *********************
    Misiraachoo guddaa Gaabri'ellin ergamee
    Hawwii bara dheeraa dhufee sitti himee
    Adaamiin fayyisuuf guyyaansaa ga'eerraa
    Waaqayyoon ni deessa fedhaa isaa ta'eerraa
    **********************
    Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
    Kannaaf daddabalee si faarsaa haadha koo
    si faarsaa giiftii koo
    ***********************
    Qulqulluun Daawit ishee arguuf hawweerraa
    Maqaa ishee ol kaasse baganaan faarseerraa
    Abbaa Hiriyaaqoosis baay'ee si jaallattee
    Waa'ee ishee lapheensaa gammachuun dubbaatte
    **************************
    Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
    Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo
    si faarfaadhe haadha koo
    **********************
    Dhiigaasaa lolaasa dhiphuu keenyaa baatte
    Gaaffa faannoo sanii waan gooftaan dubbatte
    Harmee koodha isheen kunno sif ladheerraa
    Waadaan guyyaa sana laphee koorraa jira
    ***********************
    Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo
    Kannaaf daddabalee si faarfadhe haadha koo
    si faarfaadhe haadha koo
    ***************************
    #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
    Well come to Our CZcams Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel.
    © All rights reserved
    Join Our CZcams channel MemberShip
    / @roobaanuuf
    Visit SBOO
    afanoromobatch...
    Visit Learnonces
    learnonces.000...

Komentáře • 113

  • @MskarhMskrem
    @MskarhMskrem Před 19 dny

    Ameen Ameeen waqaayyoo sagalee jirenyaa is dhagesisu jabba tawaahidoo❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-rd9ir4dx4h
    @user-rd9ir4dx4h Před 4 lety +1

    Waqayyoo sagalee jirenyaa siin haa dhaagee sisuu
    Elelelelelelelele
    Elelelelelelelele
    Elelelelelelelele

  • @yeemareyamlejiinenyawoonen8845

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
    Dhugadhaa Eshedhaa Arasitunii
    Galanii sifii hatuu Ayoo koo harameekoo hadhaa koo
    Marayamii
    Ebifamii kodee keenyaa waqayoo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu

  • @geeteteku8186
    @geeteteku8186 Před 2 lety

    AMEEN AMEEN AMEEN Waaqayyoo goftan Farruu ergamootaa isin dhagesisuu ebbifama 🙏🙏🙏

  • @ararseararse4263
    @ararseararse4263 Před 4 lety

    Amen amen amen
    Farsaa ergamootaa isin haa dhagesisu Ebbifamaa
    Eelllleeelllleeellee
    Eelllleeelllleeellee
    Eelllleeelllleeellee

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @obceeobcee4534
    @obceeobcee4534 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen sagalee jirenyaa nu haa dhagesisuu waaqqayyoo Ebifamii🕌🕌🕌🕌🕌🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🏠🏠🏠🏠♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️🌹🌹🌹

  • @aberashtewaahidoo3038
    @aberashtewaahidoo3038 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen faaru ergamoota si ha dhageessisu umrii tajaajila sif ha dheereessu
    Ameen
    Ameen
    Ameen
    Elelelele
    Elelelele
    Elelelele
    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @helenhayile8354
    @helenhayile8354 Před 4 lety

    Amen Amen Amen waaqayyoo farfanna ergamtootaa siyaa dhagesisuu ebbifamii

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon sagalee jireenya si haa dhageesisu!

  • @haregnegash6634
    @haregnegash6634 Před 4 lety

    Amen Amen Amen farfanna ergamtotaa isin haa dhahesisu ebifama

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @birtukanareda6918
    @birtukanareda6918 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen waqaayyoo sagalee jireenyaa si yaa dhageesisuu

  • @buzeesisaayyeorthodoxlij438

    Ameen ameen ameen waqayyoo sagalee jireenyaa si haa dhagesisuu ebifamii ⛪❤️

    • @umhzaa334
      @umhzaa334 Před 4 lety

      😃🏥🏡🏪🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🐈🐈🐈🐈🐈🐈🐈🐇🐇🐇🐇

  • @almaazbojaa6121
    @almaazbojaa6121 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen ebbifamii waaqayoo sagalee jireenya si yaa dhagesisu Ameen Ameen Ameen 🤲🤲

  • @jsjsjsjsjsjssj2656
    @jsjsjsjsjsjssj2656 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Sagaalee ergaamootaan sii haa dhageesissuu

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon sagalee jireenya si haa dhageesisu!

  • @SaraSara-lb4vd
    @SaraSara-lb4vd Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen
    Elelelelelelele
    Elelelelelelele
    Elelelelelelele
    Farsaa Ergaamtotaa kan miraa kakasuu Kan lafee jajaabeesuu kan dinaa keenyaa barbaadee siaa haa dhageesisuu

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @yordanosfdds2837
    @yordanosfdds2837 Před 3 lety

    Amen....eyye ishedha.....

  • @classiphone5329
    @classiphone5329 Před 4 lety

    Amen Amen Amen zemare melaketen yasemalen Ellllllllllllll Ellllllllllllll Ellllllllllllll 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 💚

  • @xajjuucaamara3195
    @xajjuucaamara3195 Před 4 lety

    Ammeen ammeen ammeen sagaalee waqqayoo sii aha dhagesisuu motumaa waqqayoo sii aha dhalchisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲👍👍👍

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon sagalee jireenya si haa dhageesisu!

  • @betiiyemariyamlijicell4310

    Amen Amen Amen ebifamii waqayo sii haa ebisuu🙏🙏🙏❤❤❤❤

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sifis eebbii Waaqayyoo haa baay'atuu!

    • @umhzaa334
      @umhzaa334 Před 4 lety

      @@roobaanuuf 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa7320 Před 4 lety +3

    Ameen Ameen Ameen waqayoo gofotaani.faruu egamatotaa siyaa dhagesisuu ebifamii ❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @user-rd9ir4dx4h
    @user-rd9ir4dx4h Před 4 lety +1

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @waqaayyooabbaanagaaisiinab8393

    Ameene
    Elelelellelel
    Elelelelelelel
    Elelelelelelelel👏👏👏👏👏👏❤️❤️

  • @damadama1497
    @damadama1497 Před 4 lety +5

    *_Ellllllleelllllleellllleelllllllelllleelllllll_*
    *👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻*
    *_Elllllleelllllleelllllleelllllllelllllleellllll_*
    *👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻*
    *_Ellllllleelllllleellllleelllllllellllleelllllll_*
    *👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻🎤👏🏻*
    *_Faarffannaa Ergamootaa kan miira kakaasuu kan lafee jajabessuu kan lubbuu Gamnachiisuu kan Diina keenya daabiloosii Gubee isaa barbadessuu hunduma keenya haa dhagessisuu Amen Amen Amen_🕊🕊🕊*

  • @magartuubojuucan5682
    @magartuubojuucan5682 Před 4 lety

    AMEEN AMEEN AMEEN ebbiifaamii

  • @waqqayoqofaabdikoho1657

    Elelelelelelele
    Elelelelelelele
    Elelelelelelel
    Faharu ergamota isini hadhasihisu
    Kani dabilosihi barabadehesu kani adunya gamahachisi

  • @kulaniisalalee357
    @kulaniisalalee357 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen elelelleleleleelleleleel

  • @hawialamuu6616
    @hawialamuu6616 Před 3 lety

    AmenAmenAme.Elelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelelel
    .like

  • @lalisagetacho3042
    @lalisagetacho3042 Před 3 lety

    Ulfadhuu Farruu kinyaa akkaa namonii dhaga'aan wan gottef.

  • @gelaneterefe5026
    @gelaneterefe5026 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen
    👏👏👏👏👏👏👏
    🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @darartumelcesa9119
    @darartumelcesa9119 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen 👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤

  • @manarkalba3866
    @manarkalba3866 Před 4 lety

    Elelelelelelele elelelelele elelelelele elelelelele elelelelele elelelelele elelelelele elelelelele

  • @maariyaami.inateeetiopiyaa2548

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa.waaqayyoon.sagaalee.jirenyaa.isn.yaa.dhagesisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @ObseeTolasaa2214
    @ObseeTolasaa2214 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen waqaayyoon faruu ergamoota sii ya dhagechisuu
    Eleleleeeee eleleleeeee eleleleeeee 👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽🏘🏘🤲😍

  • @meseratmeserat2133
    @meseratmeserat2133 Před 3 lety

    Ameen Amen Ameen Amen Ameen

  • @Minda-wf9nj
    @Minda-wf9nj Před 4 lety

    Amén.amen.aman.elelelelelelelelelelelelele

  • @lenseelensee6497
    @lenseelensee6497 Před 3 lety

    Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dararturatadere96
    @dararturatadere96 Před 4 lety +1

    Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲🙏🙏🙏waqayoo sii haa Ebbiisuuuu ⛪💒💒💒❤💙💚

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen atis eebba Waaqayyoo argadhu

  • @dessisamsung1292
    @dessisamsung1292 Před 4 lety

    Amen ameen ameen ebbifamii

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyon si haa eebbisuu!

  • @sarabb2328
    @sarabb2328 Před 3 lety

    Amen amen amen

  • @Fiqitee
    @Fiqitee Před 4 lety

    maqaa lsheedha waaqayyoo isheedha nuuf araarsittuun💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒

  • @intalaakushioromookoo7767

    ameen ammeen ameen

  • @jsjsjsjejejwj5834
    @jsjsjsjejejwj5834 Před 4 lety

    Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn

  • @obseeinatalaaoromookush770

    Ameeeen Ameeen Ameeen farsaaa eragamotaaa siyaa dhagesisuu waqayyooi gofttaanii⛪🙏🙏🙏🙏

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @user-ge1pv8ij2m
    @user-ge1pv8ij2m Před 3 lety

    AmenAmen Amen 🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️

  • @doryghamshoul7824
    @doryghamshoul7824 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen

  • @workituregesa4553
    @workituregesa4553 Před 4 lety

    Elllleeeellleeeleee farfanna ergamoota siyaa dhageesisu Ameen

  • @user-xl4vr7jg4i
    @user-xl4vr7jg4i Před 4 lety

    Ishedha haati waqayo ishedha nuuf ararsitun 😥Ameen(3)faaruu ergamota sihaa dhagesisu .ebbifam .

  • @ziadmouawad3669
    @ziadmouawad3669 Před 4 lety

    Elelelelel👏👏👏faruu ergamtotaa sihaa dhagesisuu

  • @wolde8695
    @wolde8695 Před 4 lety

    Isheedha haati waaqayyoo Isheedha nuuf araarsituun😘😍

  • @metometo6450
    @metometo6450 Před 2 lety

    amen amen amen🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @warqiigiirmaa8002
    @warqiigiirmaa8002 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaamaa Ijoolee waqayoo waqayoon isiin haa ebisuu jireenyii keessanii kaa waqayoo isin ebisee isinif haa ta'uu 🤲🤲🤲😠😠😠😠😠😠💞💞💞💒💒💒💒💒💒

  • @maatiitube1168
    @maatiitube1168 Před 4 lety

    Ameen

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @maariyaami.inateeetiopiyaa2548

    Ameeen Ameeen Ameeen

  • @sifaandereje6137
    @sifaandereje6137 Před 4 lety

    Eleeeleeeeeeeleeeeee farfana saagale jireenya sif hadhagesisu ebbifaa❤😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @koritoleasa406
    @koritoleasa406 Před 4 lety +1

    Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🤲🤲🤲

  • @francies7859
    @francies7859 Před 4 lety

    *ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen*

  • @bontuuzebee4564
    @bontuuzebee4564 Před 2 lety

    AMEEEEN AMEEEEN

  • @tigisit3370
    @tigisit3370 Před 4 lety

    Elelelelelelelelele👏👏👏👏👏👏👏
    Elelelelelelelelele👏👏👏👏👏👏👏
    Elelelelelelelelele👏👏👏👏👏👏👏
    Farfanna ergamoota sii dhagasisuu 🙇🙇🙇🙇🙇⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @roobaanuuf
      @roobaanuuf  Před 4 lety

      Ameen sinis Waaqayyoon faarsaa ergamoota si haa dhageesisu!

  • @mattyrg3052
    @mattyrg3052 Před 3 lety

    Ameen3

  • @tameask8673
    @tameask8673 Před rokem

    ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeen

  • @roozrooz9656
    @roozrooz9656 Před 4 lety

    እልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል እልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል

  • @nermeenabbas7993
    @nermeenabbas7993 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Eibbifami

  • @nermeenabbas7993
    @nermeenabbas7993 Před 4 lety

    🤲🤲🤲♥️♥️♥️

  • @sorsebenya5967
    @sorsebenya5967 Před 4 lety

    👋👋👋👋👋👋👋👋

  • @yeemareyamlejiinenyawoonen8845

    ElElElElElElElElElElElElElEl 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
    ElElElElElElElElElElElElElEl 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
    ElElElElElElElElElElElElElEl 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
    🎤🎤🎤🎤🎤🙏🙏

  • @user-bd7vw5ls5l
    @user-bd7vw5ls5l Před 6 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉🎉🎉

  • @sizarbadawi4666
    @sizarbadawi4666 Před 4 lety

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭🤲🤲

  • @waqayoohaadha2503
    @waqayoohaadha2503 Před 4 lety

    ammmen ammmen ammmen ammmen ammmen ammmen ammmen ammmen 👏👏👏👏👏💞💞💞🙏🙏🙏💒💒⛪💚💚❤❤

  • @jituuoromiya9509
    @jituuoromiya9509 Před 4 lety

    Elllllllelllllllllle Elllllllelllllllllle Elllllllelllllllllle 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jsjsjsjejejwj5834
    @jsjsjsjejejwj5834 Před 4 lety

    Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn Ameeeeeeeeeeenn 💕💕💕💕💕💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @kokotiiaduuu5986
    @kokotiiaduuu5986 Před 4 lety

    Ilililililil 👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤

  • @EmebetAlemu-ft6bg
    @EmebetAlemu-ft6bg Před 11 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 💒💒💒💒💒💒🎤🎤🎤🎤🎤🎤👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💒💒💒💒

  • @meaz_demse
    @meaz_demse Před 9 měsíci

    ዘማሪዋን ልታገናኘኝ ትችላለህ

  • @ghambiaghana1970
    @ghambiaghana1970 Před 3 lety

    AmmeenAmmeenAmmeen🍃🍃🍃🎤📖🎤📖🎤📖👏👏👏🌷🌷🌷🙏💒💒💒🙏🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @user-rd9ir4dx4h
    @user-rd9ir4dx4h Před 4 lety +1

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @meseratmeserat2133
    @meseratmeserat2133 Před 3 lety

    Ameen Amen Ameen Amen

  • @MimiMimi-xq7xd
    @MimiMimi-xq7xd Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen

  • @mabruh6344
    @mabruh6344 Před 3 lety

    ልልልልልልልልልልል💛❤💚👏👏👏👏👏👏👏👏👏💛❤💚🌷🌷🌷🌷🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌷🌷🌷🌷💐💐🙏🙏

  • @user-rd9ir4dx4h
    @user-rd9ir4dx4h Před 4 lety +1

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @mestiiyeemariyamilij3640

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @singitantaresa341
    @singitantaresa341 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @manarkalba3866
    @manarkalba3866 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen

  • @mooneetsolomon9995
    @mooneetsolomon9995 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen

  • @sorsebenya5967
    @sorsebenya5967 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen

  • @saraayeemaryamelejesaraaye4031

    Ameen Ameen Ameen