Sin darbee hundumtuu gooftaa koo F/ttuu Tizzitaa Gaaddisaa1

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 12. 09. 2024
  • Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
    F/tuu Tizitaa Gaadisaa
    ***************************
    Sin darbee hundumtuu gooftaa koo
    In tarree martinuu abbaa koo
    Olmaa keen dubbaadha bar ani
    Hin caaldhisuu ani galatanni
    ***************************
    Ijoollummaa kootti an jammaa tureerraa
    Yoommun dhaladhee iyyuu haadhafi abbaa koorraa
    Ifaa kee naaf laatte na waamte waaqa koo
    Anis ilaaleerraa bannamee ijii koo
    ***************************
    Kan na waame beeka isaa na fayyisee
    Bakkan kufee turee isaa ol na kaasse
    Cuuphamee argerraa laga seelomitti
    Dukkannaa balleessee na baasse ifaatti
    ***************************
    Ati natti hin lakkoofne cubbuu koo naaf dhiftee
    Gidirichaa keessa harkiftee naa baaaste
    Namni osoo na jibbuu mana kootti argamtee
    Harburraa na buftee ofiitti na waamte
    ***************************
    Har'a mana keenyaf fayyinni ta'eerraa
    Ilmi naa dhufee kan badee argamerraa
    Narraa haqamerraa yakkafi gidiraan koo
    Dhummaa koo midhagsii Amanu'eel abbaa koo
    ***************************
    #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
    Well come to Our CZcams Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video.
    Join Our CZcams channel MemberShip
    / @roobaanuuf
    / roobaanuuf
    Visit SBOO
    afanoromobatch...
    Visit Learnonces
    learnonces.000...

Komentáře • 66

  • @user-fu2zv2uh8c
    @user-fu2zv2uh8c Před 4 lety

    አሜን አሜን አሜን 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️አሜን አሜን አሜን

  • @askaaladejene4747
    @askaaladejene4747 Před 3 lety +1

    Amen Amen Amen Farafana Ergamotaa siiyadhagesisu

  • @tigisit3370
    @tigisit3370 Před 4 lety +1

    Ameen Ameen Ameen Elelelelelelele 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏Elelelelelelelelelele 👏👏👏👏👏👏👏🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️💒💒💒💒💒farafanaa ergamotaa kan miiraa kaakasuu kan lafee kenyaa jajaabesuu sii haa dhagesisuu

  • @meemimeemi4935
    @meemimeemi4935 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele 👏👏👏👏👏👏👏👏⛪🙏💚💛❤💚💛❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹yaa waqayyoo

  • @akkawaaqafjiraa9581
    @akkawaaqafjiraa9581 Před 4 lety

    Ameeen ameeen ameeen waaqayyoo gooftaan faruu ergamota saa dhagsisuu obboleti keenya .obbolesa koo ebbifam

  • @mulumulu5085
    @mulumulu5085 Před 4 lety

    Amen Amen Waqayoo sagalee jirenya sin haa dhagesisuu elelelelelelelelelelelleeeeeeeeeeelllllllllllllllllleeeeee

  • @soliyanasoliyana1064
    @soliyanasoliyana1064 Před 4 lety

    Amen amen elelelelel sagaalee jireenyaa baraa bara si haa dhagesisuu Ebifamii obboletii teenyaa🙏🙏🙏🙏

  • @ayelechgurmu807
    @ayelechgurmu807 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen fayya nuuf tahi sagalee jireenya waqayyoo siif haa laatu ❤❤❤❤

  • @tewahidooamantaakoo7639

    Ameen Ameen Ameen
    Farfannaa ergamootaa sii haa dhagesisuu elelleelelelel

  • @obsituujirenyaa607
    @obsituujirenyaa607 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Ebifami bara jirenyaa kee sifi yaa ebisuu waqayoo sagaalee ergamtotaa siyaa dhageechisuu daachaadhan

  • @timothybaloukji6692
    @timothybaloukji6692 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen dhaaltu mootummaasa sihaatasisuu

  • @adoado247
    @adoado247 Před 3 lety

    አሜን አሜን አሜን 🇪🇹🇪🇹🇪🇹💕💕💕

  • @magartomagarto407
    @magartomagarto407 Před 4 lety

    ameen ameen ameen obolettiitoo sagalee jirenyaa Si haa dhaagechisisuu waqaayyoo gofttaan kanyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️💞💞💘💘💘💘💘💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒🙌🙌🙌🙌🙌🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🌹🌹🌹🌹🌹🌹🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @talileewsillasee4169
    @talileewsillasee4169 Před 4 lety +1

    Amen.amen.amen ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @xbffjffnff589
    @xbffjffnff589 Před 4 lety

    Elelelelelelelelelelelelele👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 farfannaa ergamootaa isin haa dhageesisuu

  • @dirrubegame3102
    @dirrubegame3102 Před 4 lety

    AMEN AMEN AMEN Waqqayo sagale jirenya issin hadhagesisu ebifammi silasen siha ebisu Ellllllllllle👏🎤✔️Ellllllle👏🎤✔️Ellllllle👏🎤✔️➕️🇪🇹🤲🏼💒🤲🏼🇪🇹➕️✔️✔️

  • @hawwiikoofikaroora2394

    Ameen Ameen Ameen sagalee jireenyaa bara baraa sii dhageessisuu obboleessa koo. Eiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii
    Sii dabree gooftaa koo_----------⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪

  • @loserbeama963
    @loserbeama963 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen
    Elelelelelelele 👏👏👏
    Elelelelelelele 👏👏👏⛪ faruu ergamotaa sa dhageesisuu

  • @alglad7041
    @alglad7041 Před 4 lety

    Ameen amen ameen amen waqaayoo sagalee jireenya siyaa dhagesisuu

  • @maariyaamhadhaakoo3448

    Ameen ameen ameen waqayoo sagalee jirenyaa sii ha dhagesisuu

  • @tarikeasfaw9350
    @tarikeasfaw9350 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele ebbiifamaa waqayyoo sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu
    baraa tajajilaa kesaan isinifii haa dheresuu dhaltuu motumaa saa siin
    haa tasisuu Ameen Ameen Ameen

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa7320 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen farafaana ergamaatotaa sinii haa dhageesisuu ebifamaa🙏

  • @abayinelsolomonethiopia4004

    Sagalee jirenyaa si haa dhagesisuu obboleetti koo

  • @tarikeasfaw9350
    @tarikeasfaw9350 Před 4 lety

    Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele 💒💜💚👏👏👏👏👏👏👏

  • @almaazbojaa6121
    @almaazbojaa6121 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen ebbifamii waaqayoo sagalee jireenya si yaa dhagesisu🤲

  • @shashotolera4097
    @shashotolera4097 Před 4 lety

    Waqayyon sagalee jirenyaa baraa barraa si haa dhagechsuu

  • @abeboganafa1262
    @abeboganafa1262 Před 4 lety

    Ameen((((3)))sagallee waqaayyaa sii haa dhagegsisuu

  • @meemimeemi4935
    @meemimeemi4935 Před 4 lety

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ⛪🙏💚💚💚💚

  • @astutasemaa1412
    @astutasemaa1412 Před 4 lety +2

    Amen Amen Amen 👏👏👏👏👏👏⛪⛪⛪⛪⛪❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏 waqayoon goftan faarfanaa ergamoota isiin yaa dhagechisuu ebbifamaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @xajjuucaamara3195
    @xajjuucaamara3195 Před 4 lety

    Ammeen ammeen ammeen sagaalee waqqayoo sii aha dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏eeleeleleleelelelelleleleleleelell

  • @HuaweiHuawei-mt1vp
    @HuaweiHuawei-mt1vp Před 4 lety

    Amen, Waqayoo fii, Galanii, Yatuu, 🙏🙏😍😍❤️❤️

  • @shshshhshshs2330
    @shshshhshshs2330 Před 4 lety +1

    Ameen ameen ellllllllllll elllllllllllll

  • @buzeesisaayyeorthodoxlij438

    Eleleleleleleelelele eleleleleleleelelele eleleleleleleelelele eleleleleleleelelele 👏👏🎤🎤👏👏👏👏🎤🎤🎤👏👏👏🎤🎤🎧

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen ebifaam Bara baran

  • @waqayoohaadha2503
    @waqayoohaadha2503 Před 4 lety

    Ammmen ammmen Ammmen ammmen Ammmen ❤❤❤💞💞💞💞🌷🌷🌷⛪⛪⛪🙏🙏🙏

  • @seenaadunga4422
    @seenaadunga4422 Před 4 lety

    Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @imabetimulu3483
    @imabetimulu3483 Před 4 lety

    AMEEN AMEEN
    🙏🙏🙏🙏🙏🙏
    💒💒💒💒💒💒

  • @fanosamenamenamenfanosamen5651

    Amen amen amen

  • @obsiituuwaanhundumaa247

    Ameen Ameen Ameen Ebbiffamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @asnkechtadese3966
    @asnkechtadese3966 Před 4 lety

    Ameen ameen ameen

  • @doryghamshoul7824
    @doryghamshoul7824 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen
    Ameen Ameen Ameen
    Ameen Ameen Ameen
    🙏🙏🙏💒💒💒❤❤❤❤

  • @kokotiiaduuu5986
    @kokotiiaduuu5986 Před 4 lety

    Amen Amen Amen

  • @birhanezeleke8471
    @birhanezeleke8471 Před 3 lety

    Ammin Ammin Ammin Ebifamii

  • @gozefnhma7243
    @gozefnhma7243 Před 4 lety

    Amiin amiin amiin

  • @obseesalaleeabdiinkoorabii8858

    Amenee Ameenee Ameenee elelelel elelelel elelelel 🏛️🏛️☔☔🤲🤲🤲👏👏👏👏👏🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🌹🌹🌹🌹🌹💯💯💯💯💯

  • @nanatder3933
    @nanatder3933 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen

  • @maariyaami.inateeetiopiyaa2548

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @jituuoromiya9509
    @jituuoromiya9509 Před 4 lety

    Ameeeen Ameeen Ameeen ❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏👏💒💒💒💒💒💒

  • @obceeobcee4534
    @obceeobcee4534 Před 4 lety

    Ameen Ameen Ameen sagalee jirenyaa nu haa dhagesisuu waaqqayyoo Ebifamii 💓💓💓💓🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🏩🏩🏩🏩🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲Eeeeelllllllll

  • @afddgety1107
    @afddgety1107 Před 4 lety

    Faruu ergamotaa kanii miraa kakasuu kanii lafaa jajabesuu kanii dinaa kanyaa gubee barbadesuu isini yaa dhagesisuu ebifamii silasenii isinii yaa ebisuu Ameen Ameen Ameen

  • @ibsagadisa2056
    @ibsagadisa2056 Před 4 lety +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ⛪⛪⛪⛪⛪⛪🏘🏘📢📢❤❤❤❤❤❤❤💕💞💞💞💓

  • @firiimuletakenaatawaahidoo3523

    AmeenAmeen Ameen

  • @taymoztaymoz2903
    @taymoztaymoz2903 Před 4 lety

    Elelelelel Elelelelel Amen Ameen Amen Amen 👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽🔕🔕🔕🎤🎤🎤🎻🎻🎻🍀☘🌱🎄🌲🌳🌴🌿☝️☝️👍🏾👍🏾

  • @seenafdisaasaa716
    @seenafdisaasaa716 Před 3 lety

    𝑎𝑚𝑒𝑒𝑒𝑛 𝑎𝑚𝑒𝑒𝑒𝑛 𝑎𝑚𝑒𝑒𝑒𝑛 𝑓𝑎𝑟𝑓𝑓𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑒𝑟𝑔𝑎𝑚𝑜𝑡𝑎𝑎 𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑔𝑒𝑠𝑖𝑠𝑢𝑢❤️👏👏👏👏👏💐💐💐💐💐💐💐👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🌺🌺🌺🌺🌺🌺

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeen Ameeen 🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤💛💛💛💚💚💚💚💚💙💙💙💙💙💟💟💟💞💞💞💙💙💙💗💗💖💖💕❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sizarbadawi4666
    @sizarbadawi4666 Před 4 lety

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @birhaneguteta6309
    @birhaneguteta6309 Před 8 měsíci

    ❤❤❤🙏🙏

  • @nermeenabbas7993
    @nermeenabbas7993 Před 4 lety

    Amen Amen Amen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @betiiyemariyamlijicell4310

    Amen Amen Amen👏👏👏❤❤

  • @buzeesisaayyeorthodoxlij438

    Ameen ameen ameen

  • @tizitayefatarilijtizitayef4178

    Ameen Ameen Ameen

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeen 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲🤲❤❤❤💓💔❤❤💓💔❤💓💔❤💓💔