Faarfannaa Afaan Oromoo walitti fufaa..

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 2. 06. 2016
  • #WAKJIRATUBE brings you Oromo gospel songs from Ethiopia. Thank you for Watching and subscribe for more gospel songs Faarfannoota Afaan Oromoo garaa garaa suuta jedhan(slow) hedduu bakka tokkotti walitti qabaman argattu.
  • Krátké a kreslené filmy

Komentáře • 396

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 26 dny +1

    GOFTTA YESUS, thank u for every thing U do!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před měsícem +1

    Thank u JESUS for giving us these singers!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci +3

    Issatu natagarssisse garuma!!! Ewunet new!!! Ende GETACHIN, YESUS manim garuma yalew yelem!!!

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289

    Woowwo nuuf Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin saba kakuu Darbaa deemaa Baayi'ee namatti tola jabaadha hamma dhumaatti ✝️💜🤲🤲🥁🥁🎧🎧🎤🎤👏👏

  • @simboofayerafayera1995
    @simboofayerafayera1995 Před 3 lety +2

    Dhageefadhee Qufuu dadhaabee uuuuuuffffeeeeeeee.waaqayyoo Dachaa isiin haa ebbisuu. kana hundumaa warabuu keef Nama kakuu.

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Ahunim endegena eyadametiku new!!! GETTA YESUS yibarkih zemariw Zemedachin!!!

  • @mamitugeleta1231
    @mamitugeleta1231 Před 3 lety

    AMEN AMEN AMEN elelelelelelelel maatii waaqayyoo gooftaan maccaa bara keessan haa eebbisu eebifama ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu! Gooftaa Iyyeesus galani keenyaa tessoo kee haa guttuu!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 2 měsíci

    Tessemto yemaytegebu mezmuroch!!! Thank u singers n The Almighty GOD of the whole world be glorified at all times!!’

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Degagime sadamitachew, lemakom yakitegnal!!! Thank u zemariwoch!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Wakayof Gallata lachu kanchalu hinjiru!!! HE is THE CREATOR of all things in this world!!!

  • @richookanko4153
    @richookanko4153 Před 7 lety +1

    Ameeen Goftaan sii Haa ebbisuu Atis ebbifami Asee koo namni hundu Oso akka ke ta'e

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Degagime sadamitachew yemaysselechu mezmuroch nachew!!! Thank u singers ✝️🙏

  • @Gobawmissiontv
    @Gobawmissiontv Před rokem +1

    kusaa faarfannoota kanaan itti eebbifamera akkaam nama qabanessu. shaloom qulqulloota hundaaf iddoo jirtaanitti.

  • @bashatakele8632
    @bashatakele8632 Před 3 lety +1

    Waaqayyoo farfattoota keenya kana dachaa isaan haa eebbisu

  • @jalanetemesgensendu5641
    @jalanetemesgensendu5641 Před 7 lety +1

    Gooftaan si haa eebbisu yeroo kee kennitee hojii dinqii kana hojjechuu keef akkasumas utuu wal irraa hin kutin dhaggeeffachuu akka dandeenyu waan nu gargaarteef eebbifami!!
    Jabaadhu!!

  • @gelanakissi5870
    @gelanakissi5870 Před 7 lety +1

    Hedduu itti eebbifameera, bohaareeras. Gooftaan si haa eebbisu michuu ko!!!

  • @miratuumardaasaa1972
    @miratuumardaasaa1972 Před 2 lety

    eebbifami nama waaqayyoo.....faarfannaa ati nuuf dhiyeessitutti baay'ee eebbifameera.keessumaa faarfannoota durii barbaadii nuu fidi...

  • @kelemeworkbasha2433
    @kelemeworkbasha2433 Před 3 lety +4

    WAKJIRA TUBE THANK YOU GOD BLESS YOU

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Wakayo deserves our respect n Worship!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Addamiche yemaytegebu mezmuroch!!! GETTA YESUS yibarkachihu zemariwoch!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    Amazing songs!!! GETTA YESUSin yemiantsebariku mezmuroch nachew🙏✝️!!!

  • @toranikejela878
    @toranikejela878 Před 2 lety +4

    wow! very amazing songs! God bless you!

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696

    Ameen Ameen Ameen uuuuufffffffff 💔💔💔ebbifaama waaqayyoo bara fi jireenya keessan haa ebbisuu ebbifaama ijoolee waaqayyoo kana caalati haayyan waaqayyoo sinfa bayyatu

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před měsícem

    Amazing songs!!! I cannot stop listening to these songs!!!!

  • @frehiwotgebeyew2734
    @frehiwotgebeyew2734 Před 8 lety +6

    waaqqayyoo si haa ebbisu ase faruun hundi ergaa guddaa qaba. an garuu faaruu abbarash danyaacho himmimaninan dhagefadhe!!!

    • @asteraster249
      @asteraster249 Před 5 lety

      Ameeeeen.ebifamaa.namoo.waqayoo.ameen

    • @nourbyauti3241
      @nourbyauti3241 Před 5 lety +1

      Ammnnnnnnneee Eebifaaaa ammmnweee announcers📖📖📖📖📖🔦🔦🔦🔦🔦🎹🎹🎹🎹🔊🔊🔊🎧🎧🎧🎧🎧🎵🎵🎵🎵🎷🎷🎷🎷🎷🎧❤❤❤❤❤🎷🎷📖📖🎸🎸🎧🎧🎷🎷🎷

  • @bashatakele8632
    @bashatakele8632 Před 3 lety

    Waaqayyo homtuu isa hin madaalu, ameen!

  • @alemmuleta6127
    @alemmuleta6127 Před 3 lety +17

    It is so difficult to keep quite after hearing these wonderful collections of beautiful songs. God bless you abundantly!

  • @endalkachewadmasu4856
    @endalkachewadmasu4856 Před 8 lety

    Ebbifami asee kunis ija hojii hafuuraati,,,,,jabaadhu!!!!

  • @feyissainchristnewcreation6455

    Ayyaanni waaqayyoo daangaa malee siif haa baay'atu!!

  • @melesegezie5744
    @melesegezie5744 Před 2 lety

    waaqayyo isiniif tajaajila keessan haa eebbisu ..... eebbifama.

  • @waqyomjirwyj5802
    @waqyomjirwyj5802 Před 6 lety +1

    Ameen Ameen Aleeluyaaa Oman sii madaluu.siin Ameen ililiiliiiiiiiiiiiliii 🙌.ebbifamaa ijoollee waqayyoo

    • @AbdiiGoofta
      @AbdiiGoofta Před 2 lety

      Waq maatii nafii ta'ii mucaa kakuu

  • @amenujena2250
    @amenujena2250 Před 4 lety

    Jaalalli Waaqayyoo hedduu na dhiba. Kufaa kan kaasu, cubbamaa kan ofitti waamu . Galatoomi Waaqayyoo ko.

  • @biliseboroje1426
    @biliseboroje1426 Před 7 lety

    uuufffeee eebbiffama baayeen ittin eebbiffame an waqayyo isin haa eebbisu

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen Před 6 lety

    Ammeeeeen Ebifami farsa kan nuuf qodu kef baye galatomii

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci +1

    Galatta WAKAYO - always!!!

  • @user-cu9oe9zm7n
    @user-cu9oe9zm7n Před 8 lety +1

    ebifami ayyani issa sii yaa bayyatu

  • @FetenuFekadu
    @FetenuFekadu Před 8 hodinami

    Ameen ameeeeeeeeeeeen

  • @bakashoeticha4614
    @bakashoeticha4614 Před 7 lety

    UUUUFFFFFF! Ittuma guddadhuuuuuuuuuuuuuuuu Eebbifami

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 4 měsíci

    Amazing songs!!! Kanke GOFTTA WAN’ı jedu dabe!!!

  • @meseretolana1333
    @meseretolana1333 Před 10 měsíci

    Thank youfor u a Gospel music . God bless you more and more bless

  • @itinishnn7411
    @itinishnn7411 Před 8 měsíci

    Maaloo akkam tti bufadha gadii😢😢😢😢 uuuffffeee abbaa koo otoo ni siin qabanne bineensa naa nyaata🙇🙇🙇🙏🙏🙏🙏

  • @TubeKIA
    @TubeKIA Před 7 lety +1

    Eebbifami Aseffaa, waan gaarii hojjetaa jirta.

  • @bizaneshbizanesh3549
    @bizaneshbizanesh3549 Před 3 lety

    Eebbifami waaqayyoo siabisu barabrani jabadhu 😊❤❤

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 26 dny

    Jesus Christ always makes great!!!

  • @jiraudabachashwa2970
    @jiraudabachashwa2970 Před 2 lety +2

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen

  • @fatimaabdullah357
    @fatimaabdullah357 Před 5 lety

    Uuuuuuuuffffffff iyesuus hulfadhuu abbakoo 💚❤💚💔💚💚👏👏👏 maqankee hajajjamuu iyesuuskoo
    Eebbifaami namaa waqayyoo

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    Yemideneku mezmuroch nachew be ewunet!!! GETTA YESUS yibarkachihu zemariwoch!!!

  • @shimed742
    @shimed742 Před 10 měsíci

    Eebbii Waaqayyoo siif haa baay'atu

  • @abyya2271
    @abyya2271 Před rokem

    Haleeluyyaa atii gargaraadhaa iyyeesusii koo ulfaadhuu ameen ameen ebbifamaa

  • @meseretyadeta452
    @meseretyadeta452 Před 2 lety

    Waaqqayyoo goftaan koo sii haa eebbisuu 🙏🙏

  • @mhbirri7953
    @mhbirri7953 Před 4 lety +3

    Hallelujah
    Bakkan jiruuti biirooko kesaa ta'ee farfanaa kanaan ebbifamaan jiraa
    Wakjira Tube bakkka jirtuuti goftaan sihaebbisuu dachaa dhibban !!!!!

  • @sintyoobogalee5138
    @sintyoobogalee5138 Před 8 lety

    uuuuuuf yesuse gaalani kanuma kedha ebbifama ijoole abba koo

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    Temesgen, GETTACHIN EGZIABHER, enethihin zemariwoch silemitbarikilin!!!

  • @ao.motivation
    @ao.motivation Před 7 lety +2

    Ase keenya waaqayyo si haa eebbisu! Dhaloota kanaaf namoota waaqayyo eebba godhee kaase keessaa ati isa tokko, Kanaafuu ammallee cimi, jabaadhus! Faarfattoota keenyas gooftaan ayyaana isaa haa dabaluuf. Baayyeen ittiin eebbifame!

  • @samresamre9784
    @samresamre9784 Před 5 lety +1

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaadachaa uuuuuuffee maliree ani sif malgodhuu ebifamaadachaa

  • @ibsafeyyisa
    @ibsafeyyisa Před 4 lety

    baayyee eebbifamaa faaruu baayyee hafuuraa nama haaressudha.

  • @waltanatube
    @waltanatube Před rokem

    Baay'ee ittiin eebbifamaa jirra waaqayyo isin haa eebbisu!

  • @Eyesonjesus4ever
    @Eyesonjesus4ever Před 2 lety +14

    wow blessing I fall asleep with this everyday

  • @latihunde6576
    @latihunde6576 Před 8 lety +4

    Asee waaqayyoo Si haa eebbisu! Faarfannaa suuta jedhan kana baayyeen jaalladha. Daandiii eebbaa ta'i

  • @nimonaf1938
    @nimonaf1938 Před 8 lety

    Waaqayyoo gooftaan dachaa dachaan si eebbisu

  • @gemechisaregasa6624
    @gemechisaregasa6624 Před 8 lety +1

    Gooftaan hafuura qulqulluu si haa eebbisu Asee! baay'een itti boqodhe

  • @alazarfikadumoroda530
    @alazarfikadumoroda530 Před 7 lety

    Eebbifamaa dachaa dachaadhaan....

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube7178 Před 4 lety

    Amen dachaa dachaa ebbifamii Asee

  • @ilovemom9938
    @ilovemom9938 Před 6 lety

    dhugaa waaqayyoo faarsa befiqaadu yeeron dhagaahu heddu boqotaa keessii ko ebbifama hundinuu waaqayyoo dachaan isiin haa ebbisuu

  • @rahelraerps8804
    @rahelraerps8804 Před 6 lety

    Amen Amen tebareku

  • @meseretolana1333
    @meseretolana1333 Před 10 měsíci

    Thanks so much God bless more and more 💓💓💓

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    GETTA YESUS barkilin zemariwun!!!

  • @destatolera4963
    @destatolera4963 Před 2 lety

    God Bless You!

  • @senasena3187
    @senasena3187 Před 8 lety +3

    sabaabni jiraachuukoo si'I!!
    haa galaatomi yesus sabaaba jireenya nuf taate! !!

  • @meetikenno9031
    @meetikenno9031 Před 2 lety

    💛Lovers! God Bless you

  • @michuulafaaonaa6272
    @michuulafaaonaa6272 Před 6 lety

    Eebbaf taahi Asee faarfannaa qaalbi nama haroomsa

  • @lamesaabara7580
    @lamesaabara7580 Před 2 měsíci

    BLEESED!

  • @waldatajajilafajjihumnawan9312

    😍Ameeennnnn

  • @abaynehkebededegaga427
    @abaynehkebededegaga427 Před 8 měsíci

    It's awesome. God bless you all.

  • @wondimugebremariam273
    @wondimugebremariam273 Před 5 lety

    Waaqayyo isin haa eebbisu

  • @hcvc152
    @hcvc152 Před 3 lety

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Taberik 🙏🙏🙏

  • @fantuutaresa3191
    @fantuutaresa3191 Před 3 lety

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamii dachaa saba waqayoo

  • @teshometeressa4084
    @teshometeressa4084 Před 7 lety

    caalatii ebifamaa biyyaa lafaatiif ta'a

  • @kayoobekaa1469
    @kayoobekaa1469 Před 5 lety

    Waqayoo isin yaa ebisuu ebifama

  • @daraje9079
    @daraje9079 Před 2 lety

    Eebbifamii wagjira

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 2 měsíci

    Akike utu argame!!! JESUS Akake!!!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    EGZIABHER yimesgen enezihin zemariwoch yesseten!!!

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube7178 Před 4 lety

    Ameen Ameen dachaa ebbifamaa Asee

  • @hawiinetoroshawaash4850

    Ameen Ameen Ameen 🤰❤💚💚❤yesusye Abba koo uuuffff 💜💚💙🤰

  • @hindibuewnetu5094
    @hindibuewnetu5094 Před 6 lety

    WAAQAYYO BAAYYEE SI HAA EEBBISU!

  • @bashatuudidaa2207
    @bashatuudidaa2207 Před 7 lety

    waaqayyoo isiin haa ebisuu

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 2 měsíci

    Amazing Songs based on reality!!!

  • @saraseyoum7531
    @saraseyoum7531 Před 3 lety

    amen amne dhacaa dhacaa Eebbifmaa

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen Před 6 lety +1

    akuma utuu addan hin kutin farsaa.suta sutaa jirenya nama suphu nuf qodukef Ebbi ke akkasuma addan hin cittin dacha Ebifami

  • @yohannesgashama2182
    @yohannesgashama2182 Před 3 lety +3

    Songs that touch the soul and spirit of people., ''#Homaan si madaaluu si'iinii"...

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    Endegena sadamitachew enezihin mezmurochihin, min yahile endemiasdessitugne lemeglet yakitegnal be ewunet!!!

  • @abdinkoojirataadha2938

    Ameeeen Ameen Ameen homaa siin madaluu yesuus🤲🤲🤲🤲

  • @retireti4085
    @retireti4085 Před 3 lety

    አሜን አሜን አሜን

  • @EebbaaTOlii
    @EebbaaTOlii Před 3 lety

    Eebbifami!

  • @meheretutsige7
    @meheretutsige7 Před 5 měsíci

    Mezmuroch yidenekalu be ewunet!!!

  • @mijenasobokafinfinne2426
    @mijenasobokafinfinne2426 Před 7 lety +2

    wow! very amazing songs! god bless yuo!

  • @asterwaaqayyooasterwaaqayy9562

    Amen amen amen amen ebifamaa

  • @senasena3187
    @senasena3187 Před 8 lety +5

    ebbifamii

  • @ibsagirmaofficial288
    @ibsagirmaofficial288 Před 3 lety

    Eebbifamaa ijoollee waaqa isinan jaaladha

  • @somobilalo6404
    @somobilalo6404 Před 2 lety +6

    soo touching song, be blessed
    I'm somo from kenya🙏🙏🙏