Video není dostupné.
Omlouváme se.

Aangoon akka Qooddirooti, Nama jalaa maramti!

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 05. 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Komentáře • 260

  • @fuadkseid
    @fuadkseid Před 2 měsíci +119

    sheikh Amin ibroo fidi worri jettan like godhaa

  • @HelloORO
    @HelloORO Před 2 měsíci +39

    Sheka amiin ibro mee nuuf fidii qalii kenya yeroo itti anuu ❤❤

  • @muftarjarso
    @muftarjarso Před 2 měsíci +40

    shek Amiin ibroo nuu Haftee kenya❤

  • @user-pe2ck9os3i
    @user-pe2ck9os3i Před 2 měsíci +15

    Dhuga nama ajibati namaa dimokaraswaan Ethiopia keessa jiruudha really democracy person of Ethiopia ❤❤❤❤❤❤ I hope future of Oromia pirezatan

  • @etiyopyaliall3621
    @etiyopyaliall3621 Před 2 měsíci +8

    Dire Dawan dhugumatti Kantibaa argatte jirti. Dhiiroo umrii dheera siif haa kennu. ❤

  • @feyinehussen9901
    @feyinehussen9901 Před 2 měsíci +32

    This guy's best man in oromiya, he became the oromiya president i wish best time to work for Oromiya long life for him and his family i insha Alla i will meet him one day

    • @NAMOro159
      @NAMOro159 Před 2 měsíci +2

      You are right 🎉🎉

    • @riodior
      @riodior Před 2 měsíci +1

      Insha Allah he will become ethiopian pr minister not regional president

    • @awwadaaytube3124
      @awwadaaytube3124 Před 2 měsíci

      ❤❤

  • @legesa527
    @legesa527 Před 2 měsíci +10

    Rabbiin nama akkanaa kana nuuf haa heddummeessu❤❤❤

  • @kumsayusuf
    @kumsayusuf Před 2 měsíci +9

    Kadiiroo leenca keenya rabbiin umrii si haa dheerressu. Habtee atis nuuf jabaadhu.

  • @tameosmantameosman1631
    @tameosmantameosman1631 Před 2 měsíci +15

    Nama jabaa!
    Namni akka isaa nuuf haa baay'atu❤

  • @ObsaAfendi
    @ObsaAfendi Před 2 měsíci +5

    Habtee kenyaa,
    Dhugaa Rabbii Namaa kanaa Ibsuudhaaf jechaa hin qabuu

  • @AndualemGosa-zc6xc
    @AndualemGosa-zc6xc Před 2 měsíci +20

    Wel come qaanqee show kadir juwar baayee sii jaladhaa❤❤❤

  • @arsiishaashee2169
    @arsiishaashee2169 Před 2 měsíci +8

    Wow maal qaba osoo biyyuma itoophiyaa sanuu itti kennanii bulchee😢 hedduu namatti tola yaanni isaa long life bro ❤

  • @arifmohammed2370
    @arifmohammed2370 Před 2 měsíci +7

    Kadir juhar hogganna gameessa qaalii nama long life

  • @user-wi7cy9pl3n
    @user-wi7cy9pl3n Před 2 měsíci +7

    Masha Allh🎉🎉🎉 ❤❤❤ bucha islama sihagodhu rabin

  • @ilmaanoromiyaabaloo4239
    @ilmaanoromiyaabaloo4239 Před 2 měsíci +8

    He should have to be president of Oromia❤❤
    Nama ajaa'ibaati dhugaa! Maal ta'a hooggantootni biyya kanaa hundi akka nama kanaa ta'ani. Silaa lubbuun dhala namaa akka malee hin badu ture❤❤

  • @MahamadAhmad-kv4ml
    @MahamadAhmad-kv4ml Před 2 měsíci +8

    Sh,amiin ibro fidii

  • @gadaatech4153
    @gadaatech4153 Před 2 měsíci +7

    Shekh Amiin ibroo nuuf fidi habtee

  • @RamadanMahamad-wp2kp
    @RamadanMahamad-wp2kp Před 2 měsíci +8

    Shek Amin ibro nuu fidii habtee kenya

  • @aliusmaan7664
    @aliusmaan7664 Před 2 měsíci +11

    Hero man dire leader kadir juhar very nice❤❤❤❤❤

  • @mamishaabubakar
    @mamishaabubakar Před 2 měsíci +5

    MASHA ALLAH KABAJAMO MAYOR KADIR JUHAR ABRAHIM UMRII DHEERTU RABBIIN SIIF HA KENNU

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 Před 2 měsíci +2

    Ati sila osoo motummaa taatee oromiya nagaa argati.Nama haqa umurii dheeradhu❤😢

  • @user-iy7hv4ww2t
    @user-iy7hv4ww2t Před 2 měsíci +2

    ❤❤❤ angoon Kan ummaata ttii gooftaan keenyaa ummaata keenyaa jeechuun Isaa kanaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @nazimumohammed2667
    @nazimumohammed2667 Před 2 měsíci +8

    Sheee amiiin ibrooo nuuf dhiheessi maaloo

  • @Allah6cm
    @Allah6cm Před 2 měsíci +4

    Shek Amiin ibroo fiddii habtee

  • @Mahitube6987
    @Mahitube6987 Před 2 měsíci +2

    Kadiir johar 👍👍👍👍 Rabbiin keenya umrii sihaa dheeressu.

  • @user-fq4dj8qv5f
    @user-fq4dj8qv5f Před 2 měsíci +1

    Mashaa alhaa motummaa Jaalatamaa fi kabajamaa umrii Rabbiin si haa dhereesi ❤❤

  • @Oroapp25
    @Oroapp25 Před 2 měsíci +2

    Maashaa Allah ❤❤sagantaan keessan baay'ee natti tole

  • @user-gg3ml2tk5n
    @user-gg3ml2tk5n Před 2 měsíci +6

    Kadiir nama dhugaatii nama hojiitii
    Jechaan isaan ibsuu hin qabuu dhugaa dubaachuuf umrii nuf dheeraadhuuu❤❤

  • @DenaaTaha-lp1up
    @DenaaTaha-lp1up Před 2 měsíci +3

    This man is special person .I wish this person is become oromia leaders

    • @badhasanejash5710
      @badhasanejash5710 Před 2 měsíci

      Oromiya yoo Gootan carraa maraachuu kennitaniif jechuudha

  • @jadidtube1
    @jadidtube1 Před 2 měsíci +6

    Kadir jawar jachun fakkenya Nama Angurra jiruu Tahu qaba Dhuga rabbi ❤respect you kadir ❤

    • @robsanteha952
      @robsanteha952 Před 2 měsíci

      Aboo atii ustee maliif hin tenyee manaa baruusaa hin dhenee

  • @HangatuumiqibasHangatuumiqibas
    @HangatuumiqibasHangatuumiqibas Před 2 měsíci +3

    Namnii akana ni jiraa zabana amaa kessaa mashalla ❤️❤️🦁🐯🦁🦁🦁🦁🦁

  • @HangatuumiqibasHangatuumiqibas
    @HangatuumiqibasHangatuumiqibas Před 2 měsíci +1

    Wyiii gurban kunii heduu natii tolaa uuufff jabadhuu lencaa koo ❤️🦁🦁🐯🐯❤❤❤❤

  • @user-jb2ye2td5m
    @user-jb2ye2td5m Před 2 měsíci

    Masha Allah ❤❤❤kenna Rabbii siif kene siira hin fudhatin umrii nuf dheradhu ❤

  • @FaamKoo
    @FaamKoo Před 2 měsíci +3

    Masha allah kabajamoo kadir juwar jiradhu

  • @user-xc3jw8lo8l
    @user-xc3jw8lo8l Před 2 měsíci

    kedir jawar umurii dheera sifii hawa kaa akka keetii kana Rabbii nuufii haa baayisuu

  • @user-pt8ot9qb9k
    @user-pt8ot9qb9k Před 2 měsíci +1

    Mashaaa Allah kadiroo juhaar halummaa kannan itti fufii jabaa kenyaa

  • @abdulhakimhussen8645
    @abdulhakimhussen8645 Před měsícem

    Habtaamuu baay,ee galatoomi, Kantiibaa Kadiir sanyii mootiitti hojii fakeenyummaa guddaa qabuu dha, itti fuufi. Rabbiin umrii dheertuu siif haa kennu

  • @user-cw7tf6tn3s
    @user-cw7tf6tn3s Před 2 měsíci

    Jabaa harargeen gumachiite jiradhuu♥️♥️♥️🙏🙏

  • @birukhailu1082
    @birukhailu1082 Před 2 měsíci +2

    I have to say many about Dire as others do because I have experienced the goodness of the community in the city, but Addis has to share some experiences specially the city must develop in thought rather than infrastructure is crucial for infrastructural development in any city... Kadiro wan gaaritti jirtu kanaa eguu dandenyaan Dirreen waggaa shanaan dhufutti.... become the central and backbone of the country in tourism attraction, good service and economic activities so keep on going... Akka koomitti falamaa qillenssaa induustirrii kessa bahuu irratti waa uttu hojetamee.

  • @fatmahamad3409
    @fatmahamad3409 Před 20 dny

    Mshallaa kadiroo rabbina umarii kee hadhersuu ❤❤❤

  • @user-hl5hq9qj4s
    @user-hl5hq9qj4s Před 12 dny

    Umrii nuf dheradhu kadiro kenyyaa ❤❤

  • @a-pr4wo
    @a-pr4wo Před 2 měsíci +1

    I Wish prime minister of Ethiopia ❤❤

  • @hasanhason3756
    @hasanhason3756 Před 2 měsíci +2

    I wish prime minister of Ethiopian.

  • @CarcarTube-io9kx
    @CarcarTube-io9kx Před 2 měsíci +2

    Kadiiroon nama addaati Rabbiin umrii nuuf haa dheeressu!

  • @IbsaAbduselam-og8zf
    @IbsaAbduselam-og8zf Před 2 měsíci

    Wallaay hayyuu keenya umrii si haa dheereessu

  • @yerosanguta7527
    @yerosanguta7527 Před 2 měsíci +1

    woow kabajamo obbo kadir juhar naman hedduu dinqifadhuudha. Ethiopia biyyaa jedhamtu keessaatti.dimokirasin maqasa qofaa dhageenya .diredawatti garuu hojiidhan lafatti nu agarsiisan lubbunke ha dheeratun jedhan

  • @emabethaylle3280
    @emabethaylle3280 Před 2 měsíci +2

    D.R itti jabaadhu fidii namoota akkana

  • @AbdiiAbrahim-ny6un
    @AbdiiAbrahim-ny6un Před 2 měsíci +2

    ❤❤❤❤I Ii❤❤❤❤you my best kadder nuuf jiraadhu angoon iccitiin isii sumaaf galtee

  • @AlamuddiinAhmed
    @AlamuddiinAhmed Před 2 měsíci

    Jabaadhuu malee U dheeraa jiraadhu

  • @Samera-kx8sm
    @Samera-kx8sm Před 2 měsíci

    Kadiri kenaa nuu jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤ walayii atii abbaa jalalatii

  • @dawudkamal6027
    @dawudkamal6027 Před 2 měsíci +2

    Sh amin ibroo fidi pilis

  • @KingPUBGmobilw
    @KingPUBGmobilw Před 2 měsíci

    Galatomaa obbo kadir jawaar
    Kantiba kenna qalii❤❤❤😂😂

  • @sabaaftoli
    @sabaaftoli Před 2 měsíci

    Rabbi umrii si haa dheeressu!!

  • @SEGNIBENTI-bo7fy
    @SEGNIBENTI-bo7fy Před 2 měsíci +1

    Kantiibonni Warri Nama jibban Kadir irraa haa baratani. Goota jaalalaa nuuf jiraadhu Kadiroo keenya.

  • @user-xg4es5el1v
    @user-xg4es5el1v Před 2 měsíci

    ❤❤❤ baayyee sii jaallaana

  • @user-mh6jd9rd3f
    @user-mh6jd9rd3f Před 2 měsíci

    ما شاء الله ما شاء الله تبارك الله ❤❤❤❤

  • @BurtaBurta-md3yb
    @BurtaBurta-md3yb Před 2 měsíci

    Mashaallahaa Tabaraakalah

  • @UmarYuusuf-on7ih
    @UmarYuusuf-on7ih Před 2 měsíci

    Leenca rabbii jabaadhu yaakadiir❤❤❤

  • @firoomsaadam9780
    @firoomsaadam9780 Před 2 měsíci

    You are the best

  • @amebakalcha129
    @amebakalcha129 Před 2 měsíci +2

    Kadir juhar pirsdanti Ethiopian tahuu qaba

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 Před 2 měsíci

    MashaaAllaah Raabii umurii kenufii hadheresuu ❤ 🐅 ♥

  • @Naibo_ahmed
    @Naibo_ahmed Před 2 měsíci

    Baaye isin jaallana isiin kab jnaa jaabadhaa❤❤

  • @KingPUBGmobilw
    @KingPUBGmobilw Před 2 měsíci

    Qossan wal waamun
    Isa bekkama dha...❤❤

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 Před 2 měsíci

    MashaaAllaah ❤ 🥰

  • @aanaashow2403
    @aanaashow2403 Před 2 měsíci

    ❤ Khabajamo Kadir Jawar❤❤
    Habtish Baayee Ulfaadhu 🙏

  • @megersaabdi232
    @megersaabdi232 Před 2 měsíci

    Hero!! Ilma sabaa

  • @JAFFEOFFICIAL
    @JAFFEOFFICIAL Před 2 měsíci +1

    Leencaa dirre dawaa 😊😊😊❤❤

  • @mohamedAbdurazek-cp5ct
    @mohamedAbdurazek-cp5ct Před 2 měsíci

    Masha Allaah

  • @user-mz2ir9dy1e
    @user-mz2ir9dy1e Před 2 měsíci

    Best Mayer kaddiro king 👑❤❤❤

  • @user-ng1vv9xf8r
    @user-ng1vv9xf8r Před 2 měsíci

    Raayyaa Abbaa maccaa nuuf dhiheessaa galatoomaa

  • @AbdureSulte
    @AbdureSulte Před 2 měsíci +1

    Nama qaalii 🥰🥰

  • @MustafaSiraj-r9z
    @MustafaSiraj-r9z Před 26 dny

    Sh amiin ibroo fidii pls❤❤😊🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Hardotv
    @Hardotv Před 2 měsíci +1

    Kaade jowar❤

  • @wahibabdushekur4471
    @wahibabdushekur4471 Před 2 měsíci

    Anoo yoom na gingilchita qaxalee Kenyaa?:❤❤❤❤❤❤❤❤ hoji Kee baaye bareedadha

  • @birhaniegeleto3212
    @birhaniegeleto3212 Před 2 měsíci +1

    The real servant of his people.

  • @firoomsaadam9780
    @firoomsaadam9780 Před 2 měsíci

    Masha Allah

  • @Ethiopian-nk5bi
    @Ethiopian-nk5bi Před 2 měsíci

    THANK YOU ❤❤❤

  • @baretumohamed3773
    @baretumohamed3773 Před 2 měsíci

    Jabdhu kadir❤❤❤❤

  • @andualemgosa82
    @andualemgosa82 Před 2 měsíci

    Nice kantiba ❤

  • @BayaanAliyyii-ke3zi
    @BayaanAliyyii-ke3zi Před 2 měsíci

    Jabaadhu.bro

  • @anawarshaamil5119
    @anawarshaamil5119 Před 2 měsíci

    ❤❤❤ kabaajamoo koo

  • @AbdiiMahamad-nh3dh
    @AbdiiMahamad-nh3dh Před 2 měsíci +1

    Gotticha oroomoo gotticha Harargee atti mottumma nannoo oromiyyati gafa sana oromoon siran gadatin bulti

  • @badhaasaayaassiin8434
    @badhaasaayaassiin8434 Před 2 měsíci

    Best man ❤❤❤❤❤❤❤

  • @ShurfaJemal
    @ShurfaJemal Před 2 měsíci

    Mashaallaa❤❤❤❤❤❤

  • @NAMOro159
    @NAMOro159 Před 2 měsíci +1

    Kadir is The best man ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AminUmar-ex9xf
    @AminUmar-ex9xf Před 2 měsíci

    Jabaadhu habtish

  • @user-hl5hq9qj4s
    @user-hl5hq9qj4s Před 12 dny

    Shek Amin ibro fidi

  • @gelayeeticha-wv9ed
    @gelayeeticha-wv9ed Před 2 měsíci

    Welcome jabaadha Oromo koo

  • @AyubAhmed-hq5ci
    @AyubAhmed-hq5ci Před 2 měsíci

    Habtee keenya shek amiin ibroo nuuf fidi

  • @HundaraBikila-fr4jp
    @HundaraBikila-fr4jp Před 2 měsíci

    nama garii fayya nuf ta,i ❤❤❤

  • @user-hh6rv4jk7y
    @user-hh6rv4jk7y Před měsícem

    Nufjiradhuu rabiin umrii sihadheresuu

  • @ebrotube974
    @ebrotube974 Před 2 měsíci +1

    jabaa ofii abbaatu jabeeffata

  • @hasanhason3756
    @hasanhason3756 Před 2 měsíci

    Very good person

  • @bonsaoromiaheidar7787
    @bonsaoromiaheidar7787 Před 2 měsíci

    Kadir nama ciima yeroo hundaa Ummaata isaatif yaaduudha. Jabaa namati

  • @user-me3kp4kf2f
    @user-me3kp4kf2f Před 2 měsíci

    Jabadhuu❤❤❤❤❤

  • @arifshow1719
    @arifshow1719 Před 2 měsíci

    Khadir Jawaar jabaa namaa 💪💪💪

  • @dinkineshbeyene
    @dinkineshbeyene Před 22 dny

    Great person

  • @badhasanejash5710
    @badhasanejash5710 Před 2 měsíci

    Team kana wajjiin yoo taatan waan feete hojjachuu ni dandeysa waljabeyfachuun barbaachisaadha

  • @SifoMahammad
    @SifoMahammad Před 2 měsíci

    Welcome Kadir Jawar❤❤❤❤❤❤

  • @Ukaash
    @Ukaash Před 2 měsíci

    Respect kada