Hir-koo Kutaa 22ffaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Hir-koo Kutaa 22ffaa

Komentáře • 480

  • @Naanboon
    @Naanboon Před 9 měsíci +55

    Uufff ka'een dafee.sooromee guyyaa guyyaan sponsar siniif ta'ee sin hojjeechisaa foon haadhakoo❤❤

  • @bilanharawa45
    @bilanharawa45 Před 9 měsíci +35

    Ijooleen kun komeedii afaanoromo irrati jijjirama guddaa fidaa jiru. Jabaadhaa ijoolee keenyaa 👍

  • @EbisaAdugna-lj1li
    @EbisaAdugna-lj1li Před 9 měsíci +15

    Ayii Waaqoo - baguma dhalatte!
    Nama akka kee qabaachuun carroomuudha; akka sabaatti. ❤❤❤

  • @tashegude8684
    @tashegude8684 Před 9 měsíci +24

    Darajjee -Hirkoo-Dadammaksaa. what a generation

  • @user-ri2we6ln8f
    @user-ri2we6ln8f Před 6 měsíci +1

    hirko koo kessuma gaafa shayii dhugduu natii toltee atii bar namuma artin sifilateedha jabadhaa qaxaleewwan keenya

  • @BeyanKedir-e1h
    @BeyanKedir-e1h Před 9 měsíci +1

    Hadaraa ijolee oromoo qaqalii kutaa 23 akanatii hin tursisinss

  • @user-mf8ed8ce7t
    @user-mf8ed8ce7t Před 9 měsíci +1

    Ofta'uun qaroomina isa jalqabaadha! Dhaloonni Ofta'uu qaba.

  • @jaalabiisheetube3832
    @jaalabiisheetube3832 Před 9 měsíci +1

    Uuuuuu baay'eema na mararani ijoolleen kun dhugaa

  • @Somali547
    @Somali547 Před 9 měsíci +11

    Maaloo Kutaa23 Akka kanaatti hin turinaa
    Ay Hirkoo 😂😂😂

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam4968 Před 9 měsíci +9

    Hirkoo 😂😂😂😂 Tiyya danda'ii kaa sirra ka'ee😂 jabadhaa❤

  • @jiraataadhayesuus8617
    @jiraataadhayesuus8617 Před 9 měsíci +5

    Anatu sirrii hin jirre moo guyyaatu sirrii hin jirre moo isintu sirrii hin jirre 😂😂😂😂

  • @chaltufikadu4487
    @chaltufikadu4487 Před 9 měsíci +7

    tiyyakoo gatii guddaa kaffalte hirkoo wajjiin jiraachuf 😂😂😂😂

  • @omermakeup9080
    @omermakeup9080 Před 9 měsíci +1

    Jabadhaa.bayee.sijaladhaa.❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @mameeoborraatube9334
    @mameeoborraatube9334 Před 9 měsíci

    Dhugumatti Ani yeroon yaada adda addaatiin sammuun kiyya biizi taatee yaaddooftu irra deebi'eetan isin daawwadha kolfeen.............

  • @AbdiiMahamad-ch4gn
    @AbdiiMahamad-ch4gn Před 9 měsíci +1

    Dirama isin kana bayyee nama tolaa yoo kan arii qabatuu tatehuu kofalachisaa🙄😀😀😁😂😆😀

  • @Biqila553
    @Biqila553 Před 9 měsíci +8

    Duraa natuu lala 0:17 ir koo ❤

    • @Yoni85
      @Yoni85 Před 9 měsíci

      Mixing kkkkkk

  • @mameeoborraatube9334
    @mameeoborraatube9334 Před 9 měsíci

    Jabaadhaa hojiin keessan baayyee jaalatamaadhaa fi filatamaadha barnoota baayyee kan ofkeessaa qabuu fi kan nama buhaarsuudha ykn nama bashannansiisuudha

  • @miserms4091
    @miserms4091 Před 9 měsíci +3

    Waggaa kana yeroo jalqabafi kolfee Eebbifama ❤🎉

    • @Mustiitube
      @Mustiitube Před 9 měsíci

      Yero hudah kofali naf jiradhuu❤❤😢

  • @user-ct9kh3gh5k
    @user-ct9kh3gh5k Před 9 měsíci +1

    Woo jarra kenyaa Baga nagaan deebitanii Hirkoo change to Dadamakasaa what a generation!!

  • @deressatube4947
    @deressatube4947 Před 9 měsíci +1

    Gamtaan hidda yaafatteetti. Ayi Gamta

  • @Dr.DejeneTDebela
    @Dr.DejeneTDebela Před 9 měsíci +1

    Jaalanneerra jara keenyaa itti fufaa diraamaa mi'aawaa akkasii!

  • @waktolegenati6848
    @waktolegenati6848 Před 9 měsíci

    Daqiiqaa dheeraa bakka tokkotti isa fixxan utuu foyyessitani gaariidha Hirkoo

  • @HassansalimHussein
    @HassansalimHussein Před 22 dny

    Isiiiin dhugaa dhaloota addatti baay'ee isiin kabaja ,baay'ee isiin jalaadha.

  • @BaliDugo
    @BaliDugo Před 9 měsíci +3

    ❤ Advice motivational speaker

  • @DagneLemma-qv5ys
    @DagneLemma-qv5ys Před 9 měsíci

    Jabaadha ijoollee Oromoo keenya ❤️❤️❤️❤️

  • @qubeetube9059
    @qubeetube9059 Před 9 měsíci

    Baay'ee gaariidha garuu 9shi duukaa wal isin jalaa fakkaachaa jira yaadota isin kaastan

  • @annitmul1614
    @annitmul1614 Před 9 měsíci

    1st i was waching to learn afaan oromo but now im addicted to hirkoo wat ajnrtion i wishi it have englishi subtitle

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 Před 9 měsíci

    Ati tiyyaa maaliif hirkoon akka inni gamtaa wajjin adda bahun goone yoosmaleen boqottuubar

  • @shaltoshalto1127
    @shaltoshalto1127 Před 9 měsíci +3

    What a generation ini jedhamuu isaa kana ay hirkoo😂😂😂😂😂

  • @bultiitakilee8664
    @bultiitakilee8664 Před 9 měsíci +1

    akkumaaf turtan Dinqiidha Intalli isheen waaqoo waliin hojjettu baay'ee itti bareedaa jira.

  • @user-ud2he8ob4o
    @user-ud2he8ob4o Před 8 měsíci

    Baguma sin qabaane firiima nu gootum dhugaa nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @dagagaaddaamu
    @dagagaaddaamu Před 9 měsíci +3

    Maalif Turtani isin eega turre hoo dilbata darbee😮

  • @BadhasaAhmed99
    @BadhasaAhmed99 Před 9 měsíci

    Wanti isin jattan qoosa fakkata garu G.H.C.G waan dhugati I Agree it’s true

  • @samsougmobile9733
    @samsougmobile9733 Před 9 měsíci

    Akkani lsiin jaaladha dhugaa rabbi uuuphaaa❤️❤️❤️❤️❤️

  • @jamilaaoromiyaaarsii7021
    @jamilaaoromiyaaarsii7021 Před 9 měsíci +1

    Like godhaa Oromo tiyyaa

  • @dinkisadereje
    @dinkisadereje Před 9 měsíci +1

    Baay,ee na maarartu dhugaa rabbii

  • @remedanebrahim1969
    @remedanebrahim1969 Před 9 měsíci

    Hirko baayyen sijaaladha tiyyan akka natti hin hinaafne. Ijoole kana caala cimu qabdu

  • @Life11723
    @Life11723 Před 9 měsíci

    Dhalootni hiikkaan aartii galteef isin qofa. Yeroo jabdoonni biyyicha jiraachuun rakkise kanatti Waaqayyo isin haa eegu! Jabaadhaa!!

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s Před 9 měsíci

    Ani hunduma keessan baayyeen dinqusiifadha keessattuu hiriyoota sadan keessa dandeettii in dhumnetu jira

  • @waktolasaketa431
    @waktolasaketa431 Před 9 měsíci

    Jabaadhaa hojiinkeessan baayyee namatti tola. Garuu Tiyyaa irraa jaalalli naqabeera.

  • @arjuuneshow1130
    @arjuuneshow1130 Před 9 měsíci +1

    Yaa Hirkoo koo Abbaan malaa kee Kun hin taanebboo amma jedhee jedhee Maqaa sirraa jijjiiruu jammaree boru garuu atumti matuma keetiyyuu gara nama biraatti si jijjiiruun isaa hin hafu😂😂

  • @olesolole
    @olesolole Před 9 měsíci

    wow bayee namatii tolaa orokoo nuf jiradha

  • @ummiisufiyaan5554
    @ummiisufiyaan5554 Před 9 měsíci

    hedduu nuf galatooma
    hedduu namatti toltan jabaadhaa

  • @chalagezu5189
    @chalagezu5189 Před 9 měsíci

    Huundi kessan bayyee talent qabdu jabaadha Filmi osoo hojjettanni barredda

  • @senaagudata8018
    @senaagudata8018 Před 9 měsíci +1

    Bayyee namati toltuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JituGirma-hb4vz
    @JituGirma-hb4vz Před 9 měsíci +1

    Ittii fufaa..... Jaabadhaa garuu nuraa turiinaa❤❤

  • @niftalemtube
    @niftalemtube Před 9 měsíci +2

    Wow in barfaattani ammaho kutaa 22 kana irratt

  • @memememee8161
    @memememee8161 Před 9 měsíci

    Waaqayyoo umurii issin haa dheresuu
    Jabaadha namatti tola❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 9 měsíci

    Dansaadha. Continue more language jajjabaadha🎉❤

  • @abbushitube2604
    @abbushitube2604 Před 9 měsíci

    Dhugaa dubbachuufi namani akka koo diraamaa hirkkoo kana eegu jiraa dhumarratti maaltu dhalaata Laata tiyyaan akkami taati jedheen irriba dhabaami gamtaaa kanatii bahuu qaba hirkkoon 😂😅

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 Před 9 měsíci

    We come nagaa dhufta ❤❤💚💚♥️♥️ijoollee oromo jabadha

  • @NadhiSan
    @NadhiSan Před 8 měsíci

    Jabadha 😂😂😂nubashanansisa🤣nubarsisa jirtan🙏

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Před 9 měsíci

    Uuuuufffffeee akkam namati toltuu dhugaa nufjiraadhaa ergaa adaa qabaa dirmaan kuni ❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯❣❣❣❣❣💘💘💘💘💘💘👍👍👍👍👍👍🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🥰

  • @TarikuTesfaye-mf3ci
    @TarikuTesfaye-mf3ci Před 9 měsíci

    Hirkoo Hirkoo Hirkoo aja'ibumam atti

  • @TakurTube29
    @TakurTube29 Před 9 měsíci

    jabaadha wana bareeda dalagaa jirtuu sabaaf

  • @NuradeniAbi
    @NuradeniAbi Před 8 měsíci +1

    Hirkoo damma koo heddu namatti tolta

  • @tydg9853
    @tydg9853 Před 9 měsíci

    Waaqoo koo baguma harmeen kee nuuf si deesse ilma qaxalee Aartii sabaaf uumame❤

  • @user-ej8qv3sp2e
    @user-ej8qv3sp2e Před 9 měsíci

    Jabadhaa qomo koo

  • @user-tu1pj8lu9m
    @user-tu1pj8lu9m Před 9 měsíci

    Dhugaa hirkoo baayee.namaa bbarsisaa jabadhaa

  • @gudetuminase8420
    @gudetuminase8420 Před 9 měsíci +1

    Wayyoo tiyyaa obsuma siif
    laate utuu naaf laateera ta'ee😂😂😂😂😂

  • @marielcoatales3169
    @marielcoatales3169 Před 9 měsíci

    Uuuufffffff.eebbifamaaaaa
    baayyee natti tole

  • @chalagezu5189
    @chalagezu5189 Před 9 měsíci +3

    Tiyyaa ❤❤❤❤barreddu

  • @abiotkenea6691
    @abiotkenea6691 Před 8 měsíci

    Diraamaan kuni Taayyee Danda’aa irratti raawwate

  • @bultiitakilee8664
    @bultiitakilee8664 Před 9 měsíci

    jabadhaa nii barfattan garuu gaafa sanbataa isin eegaa turre

  • @WorkuTadese-xv4zq
    @WorkuTadese-xv4zq Před 9 měsíci

    yaddiin keessan baay'ee namatti tolaa dhugaa jabaadha

  • @user-zq6zg2ld4y
    @user-zq6zg2ld4y Před 9 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waqtolabaqqala2059
    @waqtolabaqqala2059 Před 9 měsíci

    umarii dheeraa jiraadhaa ilmaan aayyaa. Ofta'uun dirqaama dhaloota tokkooti ❤❤❤❤

  • @tonyyazbeck4770
    @tonyyazbeck4770 Před 8 měsíci

    16:41 ofii ta’i 😂😂😂😂😂😂😂 isin jaaladha dhugaa barumsaa bayyee qaba seraan hordofaa jarana ❤❤❤❤❤😅😅😅

  • @NuraTubers
    @NuraTubers Před 9 měsíci +13

    Well Come Back Jeenee

  • @user-ed6ty1pt9o
    @user-ed6ty1pt9o Před 9 měsíci

    Best comedy hirkoo i love you ❤❤❤❤❤❤

  • @yadinyadin3493
    @yadinyadin3493 Před 9 měsíci

    Nufi jiradha qali wani kenya jabadha ❤❤❤❤❤

  • @amauelasfaw649
    @amauelasfaw649 Před 9 měsíci

    nu duraa turtanii baga nagaan dhuftanii

  • @megersaasefa6868
    @megersaasefa6868 Před 9 měsíci

    Yeroo jireenyi nama boosisu kana isin utuu hin jiree maaliin kolfina 😂😂😂😂

  • @KindesaAbdurezak
    @KindesaAbdurezak Před 9 měsíci +2

    Nurraa haftan jedheen nahee ture welcomeback❤

  • @user-dp7lh1op7q
    @user-dp7lh1op7q Před 9 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @ObsaMegersa
    @ObsaMegersa Před 9 měsíci

    Bayye namatti tola dhugaa

  • @ugaasmahammd7997
    @ugaasmahammd7997 Před 9 měsíci

    Hedu nuf jiradhu qalii nama ulfaadhuu bro wan gudadha nuf dhamaa jirtaa 😮😮

  • @user-kr1oe4cj9h
    @user-kr1oe4cj9h Před 9 měsíci

    😂😂😂😂😂😂 jabadhaa qaxalee Ijjoolee oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abaruababe4337
    @abaruababe4337 Před 9 měsíci

    Hhhh bay.e namati tola jabadh

  • @Naneeshow
    @Naneeshow Před 9 měsíci

    waw umrii nuff dheeradha

  • @FuadUmar-lz7hk
    @FuadUmar-lz7hk Před 8 měsíci

    Baaye isin jaalala jajabaadha ❤❤

  • @lamibekele9082
    @lamibekele9082 Před 9 měsíci

    Wayi dhaabbàta G H

  • @chalahailu4264
    @chalahailu4264 Před 9 měsíci

    Nuf jiraadha Mattin diramaa hirkoo

  • @dawitmtaal4306
    @dawitmtaal4306 Před 9 měsíci

    Hin turtan jedhe baayyen haare isin jaallanna qaaliwwan❤❤❤

  • @mameeoborraatube9334
    @mameeoborraatube9334 Před 9 měsíci

    Kkkkkkkk hiikkaan jechoota hirkoo fi gamtaa maal natti agarsiisa beektaa namni akka fedhu dhabe akka hin feene hoojataa isa jedhamu san natti agarsiisa namni hojii dhabe nama hojii qabu hojii dhoowwa

  • @Masarattube
    @Masarattube Před 9 měsíci

    ❤❤❤🎉🎉 jabadhaa qaliwwaan ijollee oromoo

  • @user-iw1nv8tp7c
    @user-iw1nv8tp7c Před 9 měsíci

    Wwwwwwwwww baye itiboharee dhugaaa galatomaa nufijiradhaaa

  • @safia1290
    @safia1290 Před 9 měsíci

    Hirkoo fi tiyyaan araramni jiru yaa biyyaa😂😂 tiyyaa koo danda'aa hirkoo kee nama jiibatti😂
    Jaabadha ijjolle oromo hojii baaredadha keesatu gara afaan oromonttin jijjirama gudda jira
    Osoo qoosatun erga gudda ofii keesa qaba❤

  • @BontuBoru
    @BontuBoru Před 9 měsíci

    Wow Eebbifamaa Qaalii Keenyaa ❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰💪👍🙏

  • @user-hq9rq7jo2j
    @user-hq9rq7jo2j Před 9 měsíci

    Akkam namtti tolu ijollen tun

  • @milkessaasefa4791
    @milkessaasefa4791 Před 9 měsíci +2

    What a generation...

  • @GemechuGuye-bp4jc
    @GemechuGuye-bp4jc Před 8 měsíci

    Akkam namatti toltu 🥰🥰🥰

  • @hundessageleta
    @hundessageleta Před 9 měsíci

    hedduu sin jaalanna itti fufaa qaxaleewwaan oromoodhaa

  • @kingboy9723
    @kingboy9723 Před 9 měsíci

    Galatoomaa Qaqaliwan Diraman keessaan hedduu Namatti tola

  • @fefc2f179
    @fefc2f179 Před 9 měsíci +3

    What a generation

  • @user-yz2ud9ck8x
    @user-yz2ud9ck8x Před 9 měsíci

    😂😂😂 bay'ee namati tola jabadha jaba ofii abbatu jabeeftaa

  • @user-tv6rf8ns1m
    @user-tv6rf8ns1m Před 9 měsíci

    Ajaa'ibumaa isin silaa

  • @user-lh5hp2oo9j
    @user-lh5hp2oo9j Před 9 měsíci

    Hedduu booharsa barsiisuuti jirtuu jabaadhaa❤

  • @mehhamedabdu410
    @mehhamedabdu410 Před 4 měsíci

    Dadamaqsa wallin hojeechuun barbada an

  • @rolandroland7057
    @rolandroland7057 Před 9 měsíci +1

    Dhaloota qaruu irra gara dadamaqsuti dhuftan😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣nuf jiraadha😅😅