Video není dostupné.
Omlouváme se.

FUNYEE GADAA 09032010

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 17. 11. 2017
  • Eebba Geejjibaa Gadaa

Komentáře • 214

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    Amara region iddoon jireenyii siyaasni kufee fi beekumsaaan eeguu Onneefi Mariin nageenyaa qaamaa ummataatii sirna hargansuu garaadha biruma welcome johar Muhammad

  • @caaltuufiraol1233
    @caaltuufiraol1233 Před 6 lety +25

    Funyee ani odoo atuu dubaachuu batee yoon sii argee kolfii na qaba.Bay'een sii jaaladha.
    Caaltuu bagaa nagahaan dhuftee.
    😍😍💖💖💖💖🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    Haqa ummataatii aim for all political science qaamaa fi beekumsaaan eeguu welcome johar Muhammad

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    Diina gaafa xiiqii marii eegnee jechama mallaszenawii funyeeshow harkiis qalbiin waraana kurreejilbaatii Biraanuu juulaa nyaataan dhalootaaf yaada'moo'ataan safuu eeggadhu harkiis hayyootaa qaama morka yaadii arguu beekii eegii diina onneen marii eegnee jechama mallaszenawii

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    Achi siqii dhagahee arguu beekii yaannis hojiidha hidhaa qabeenya mootii bulchiinsa laftis riqicha biruma welcome to see ethioforrum nyaataan dhalootaaf diina jechama mallaszenawii

  • @nanuumuhamed1706
    @nanuumuhamed1706 Před 6 lety +2

    bay'ee namati toltuu jabadha kan hubatee dhagefateef ergaa garrii dabarsitanii jirtuu kessaattuu akata yero amaa oromiyaan ittii jirtuu sirittii ibsitani jirtuu galatomaa 👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    Yaannis deemsis hojiidha karaa imala gurris diina jechama mallaszenawiidubbii freejohar Muhammad

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 Před 2 lety

    1997fi 1998art falmataa iddoo dhugaan hin arginee waliin yaadii arguu beekii nafaan qaama miiraatii funyaaan injifannoo johar Muhammad

  • @user-lc9df5ps2t
    @user-lc9df5ps2t Před 6 lety +1

    wowowow Funyee koo atin si jaaladhu qashtii afaan damma jiraadhu bakkii ati hin jiree nat hin tolu

  • @urjiiamboo964
    @urjiiamboo964 Před 6 lety +1

    Wayoo hayeekoo waqayoo humurikee yadheresuu Atii namaa Adatii dhugaa bayeen sinboonaa dhugaa. Kolfanii najeftee. Maloo Akkmitii Sihumee waqayoo. Samuu nuboharsitee kolfanii nufixee nujiradhuu sabontuu oromoo boharsituu sabaa hundaa wwwwoooo eduu galatomaa undii kesanuu

  • @rahimaarsiihadabbahawittuj9799

    barumasa gudda qaba nu jiradhaa lamii ko amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin yaa rabbii tokko nuu tasisii nuu bilisomsii woyyanee nuraa kasiiii

  • @siraajmuhmmed8290
    @siraajmuhmmed8290 Před rokem

    Heddu namatti tola naaf jiraadha 💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟

  • @yenatelij4107
    @yenatelij4107 Před 6 lety +5

    Uffff Dubbii Isin Dubbattan Hundinuu Kan Lafa Bu'u Hin Jiruu Ergaa Guddaa Qabaa Oromokoo😍👏👏👏

  • @yoombaria6239
    @yoombaria6239 Před 5 lety +2

    ijarraa hafi.
    Yaajarana ini Obbo Lammaa cinaa taa'esun eebbichi iti hintolle hubadhame
    Amaara ta'uu hin oolu!

  • @meserachabate5565
    @meserachabate5565 Před 5 lety +4

    I wish if i can understand what she said I like her very much she is so funny I always laughing when I see her 👸👸👸she is a queen

  • @iris90901
    @iris90901 Před 6 lety +12

    Uuuuuuffffffffffeeeeeeee Baay'ee Nama Namati toltuu Waaqayyoo Ammayyuu Tokkummaa Isinif haa kennuu Naf Jiraadha Lammiitoo Galatomaaaaaaaaaa

  • @chaltuumekenin9480
    @chaltuumekenin9480 Před 6 lety +1

    Kkkkkkkkk bayee namati toltuu barumsaa gaarisi ni dabarsaa jabadhaaa oromokooo

  • @yannetadane1797
    @yannetadane1797 Před 6 lety +2

    uuuuffffff funyee sii jalanaa 😍😍😍😍😍hundumti kessanuu galatomaa

  • @jirtuijooleegooftaayesusin2810

    kkkkkkkkk wayi funyee mali wan ati dubatu damma qaba uuuffffff maluma sif godha lata baguma kan koo tate sila akkami araa hafa waqayyoo tookuma jalala sif haa latuu jabadha bayee namti tolaa

  • @konjitteshome3791
    @konjitteshome3791 Před 6 lety +6

    Kkkkkk funyee waan kolfaa male dubbatu baay'e namati tola

    • @haifaana2167
      @haifaana2167 Před 6 lety

      ፍቅር እኳናቹ ኣሮሞች እንኳንም ከናተ ተፈጠርኩኝ

  • @nevernever1066
    @nevernever1066 Před 6 lety +2

    gobazee and funye kkkkkkkkkkkkk hedduu garridhaa jabadhaa amma xiyaaras kayyoo hojii qabachuu barbaachisa

  • @buzekonjo
    @buzekonjo Před 6 lety +9

    Kokkkkkkkkkkkkkkkk dhugaa gudda gallatomaa lammiwwan koo bayyetii barumsaa gudda qabaa

  • @zeynabaabuu4731
    @zeynabaabuu4731 Před 6 lety +2

    Hhhhhh dhagaa guda fidanii haa kakatan jedhii yaa funyee jabadhuu

  • @milkimucaakaayyoo539
    @milkimucaakaayyoo539 Před 6 lety +5

    Waw funyee
    Ati gurmu taate
    Galatooma

  • @nasratube4549
    @nasratube4549 Před 5 lety +3

    Ya funyekoo irra deddebien ilaalaa jira😂😂😂😂😂 jiraadha hhhhhh

    • @RubelMia-og2qf
      @RubelMia-og2qf Před 4 lety

      Uuuuuuuuu uuuuu
      Funyeeeeee🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈💞💞💋💋💞🤔🤔💞💞💞😘😘😘😘😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🖕🖕🖕🖕🖕🙈🙈🖕

  • @user-pg6gl6gw7u
    @user-pg6gl6gw7u Před 6 lety +2

    Bashanansiisatuma wayyaanee mataa mataa ishee irraa gadibuustani kkkkkkkkkkkkkkkk

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 Před 6 lety +2

    kkkkkkk kkkkkkk bayee namati toltu yaa laamii ko waaqayyo toko sin yaa godhu jabadha

  • @zedtube6887
    @zedtube6887 Před 2 lety

    Funyee kolfani nafixee

  • @sanyiimustafhussenloveshas5209

    woyii funyee kolfiisiiftee garaa nama dhukkubsiita
    guyyaakolfaa dhalaaterta laata?
    dhugaa hedduu namattii toltaa

  • @burteeyeejesuselijiburteey9372

    wwwoooowwwwwwwoowwww baay'ee namati tolaa nuf jiradha lammii koo

  • @chaltumalimo4455
    @chaltumalimo4455 Před 6 lety +2

    An Funyeema arginaan dursee kolfi natti dhufa

  • @sanyiimustafhussenloveshas5209

    hedduu galaatomaa
    Rabbii ammaas tokkumaa kenyaa haa cimsuu
    funyeee jiraadhu boo
    konkolaata kessatti tessee fincaa'u didee mii kkkk ishoo boo

    • @shmseashmsea8630
      @shmseashmsea8630 Před 6 lety

      ونبتاSanyii Mustaf Hussen love Shashee kolfanduneka

    • @sanyiimustafhussenloveshas5209
      @sanyiimustafhussenloveshas5209 Před 6 lety

      +Shmsea Shmsea
      eee dhugaa keetti kolfani itti bohaare
      ani urgaa guyyaa sanitti galgala yero dalagokoo fixaadhe rafuu CZcams seene laalee rafaa

  • @leensaadamee4371
    @leensaadamee4371 Před 6 lety +1

    Shawawartuu cababarstuu keessaa yaa baasuu uuff ameen

  • @ftikasweet9864
    @ftikasweet9864 Před 6 lety +1

    Funny koo bayye namati tolla uuuuufff wani offi

  • @makdeslove8828
    @makdeslove8828 Před 4 lety +1

    Fuuny tenyaa baayyeen sijaladhaa

  • @rozaabdulbhari250
    @rozaabdulbhari250 Před 6 lety +2

    Hhhhhhhhh kolfaan naa ajsetee funyee afaan dammaa 😍❤

  • @rahimaarsiihadabbahawittuj9799

    guddaa galatomaa lamiwwan koo bayyee namatii tolaa jiradhaa sabba koo

  • @mimiMimi-gc9fd
    @mimiMimi-gc9fd Před 5 lety

    guyatii.oddoni.hillalin.ollee.hin.bekuu.dirramaa.kanaa.jabadha

  • @jiraayesuus5547
    @jiraayesuus5547 Před 5 lety +1

    sanyii koo garaa naa cibsitani ulfaadha hoora bulaa nuu dagaagga

  • @mimishekediir1028
    @mimishekediir1028 Před 5 lety +1

    Wowwww bay'ee namati tola

  • @chalchisebiretu9318
    @chalchisebiretu9318 Před 5 lety +1

    Funyee koo dubbin kee bayyee namaa kolfisaa kkkkkkkkkkkkk

  • @kibbineshmekonin9029
    @kibbineshmekonin9029 Před 2 lety

    Namatti toltuu jabaadha

  • @edamiedagohoy372
    @edamiedagohoy372 Před 5 lety +1

    Kkkkkkkk bayyee namati toltu jabadhaa

  • @dastaethio6293
    @dastaethio6293 Před 6 lety

    Dhugaa. Funyeen. Bayee. Nuu. Kofalchifti. Diramaa. Hundaratuu.

  • @agegnehushamossa729
    @agegnehushamossa729 Před 6 lety +1

    Hhhhhhhhhhhhhh bayye namatti tola jabadha 😍😍😍😍😘😘

  • @abebechworkuu8249
    @abebechworkuu8249 Před 6 lety +1

    wayoo garaa naa dhukbee funyee tenyaa

  • @hhhhu8462
    @hhhhu8462 Před 5 lety +1

    Yodalachayee goroo dibda funyeee

  • @fathimafathima6654
    @fathimafathima6654 Před 6 lety +2

    በሳቅ እየደከምኩ ግን ተልቅ ቁምነገር ተመረናል

  • @obseemeshallag8206
    @obseemeshallag8206 Před 6 lety +1

    Funyee koooo akkatti sii jaaladhuuuu!!!

  • @user-bc7ex9bq3n
    @user-bc7ex9bq3n Před 6 lety +3

    Kkkkkkkkkkkkkkk. Dhumanne kolfaan. Yaa funyeeeeee

  • @sumaayaarsiisumaayaarsii6419

    😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘 oromo koo Uuuuuuuuuuupha

  • @oopreaali3210
    @oopreaali3210 Před 3 lety

    Kkkkkkkkkk kkkkkk kolfaan du.ee

  • @sabontuuarsii2878
    @sabontuuarsii2878 Před 6 lety +1

    galatomaaa bayee namati toltuu nufii jiradhaa 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk

  • @abdulrahmanalghfari8298
    @abdulrahmanalghfari8298 Před 6 lety +5

    እደ ዛሬ ስቄ አላውቅም

  • @meseretababa1293
    @meseretababa1293 Před 4 lety

    Funjee jechani itin si ibsu hinqabu sin

  • @nashminMohammad
    @nashminMohammad Před 5 lety +1

    waaa bayee bareda

  • @raffidermesrobian9024
    @raffidermesrobian9024 Před 5 lety +1

    hedduu galatoma kkkkkkkkk funyee koo

  • @sabbontusanyiiabbagadaa3971

    Funyee koo siin jaladha kkkkkkkkkkk

  • @7mnx638
    @7mnx638 Před 6 lety +1

    Dubichii kan abba dulatii kkkkkkkkkk galatommaa oromookoo

  • @7mnx638
    @7mnx638 Před 6 lety

    Namaa gamachisaa dhugaa haa dhagefatuu warii warabetti

  • @zainabhassan9146
    @zainabhassan9146 Před 6 lety +1

    I love you Oromo koo

  • @dastaahmed7888
    @dastaahmed7888 Před 5 lety

    Baye.namati.tolaa.qomoo.koo.nu.jabadha

  • @iloveyoudad1487
    @iloveyoudad1487 Před 6 lety +1

    😂😂😂😂😂😂Yaa garaa koo funyee koo nuuf jiraadhuu

  • @saraalsobhi4917
    @saraalsobhi4917 Před 6 lety +2

    Dhugaa.keesin.bayee.bardaa

  • @Hayat-he3li
    @Hayat-he3li Před 6 lety +1

    Wwwww bayyyeeeee namti tolaa

  • @misrajamal773
    @misrajamal773 Před 5 lety +1

    Ayi funye koo love you

  • @MuhammadMuhammad-lk3nw
    @MuhammadMuhammad-lk3nw Před 6 lety +1

    kkkkkkkķkkkkkkk funyee sii jaladha naa jiradhu

  • @fayisemustefamustefa7665
    @fayisemustefamustefa7665 Před 6 lety +2

    Shawarwartuun abbaaduula ti

  • @bontuudhabasaa8085
    @bontuudhabasaa8085 Před 4 lety

    Kkkkkkkk kolfan najeste yaa funye kenyaa

  • @maliyamaliya3493
    @maliyamaliya3493 Před 6 lety +2

    funyee aji'abaa qabdii wayoo kkkkkkk

  • @zedlovetube4011
    @zedlovetube4011 Před 5 lety +2

    Jabaadha❤️❤️❤️❤️😍

  • @rashidaman5866
    @rashidaman5866 Před 5 lety +2

    Jojo

  • @AaAaa-xi4eg
    @AaAaa-xi4eg Před rokem

    Namatii tolaa

  • @asunangyajimmalij6462
    @asunangyajimmalij6462 Před 5 lety +1

    an yero funye arge kolfan dua oso isin dubatin

  • @ethiopianlezelalemtinur4128

    Kkkk baye namati tollee

  • @beshaagetachow2321
    @beshaagetachow2321 Před 3 lety

    Fuunyee koo eessatti badde

  • @lhsen7412
    @lhsen7412 Před 6 lety

    Ainalem.Aberaa.. Amboo.jaalala.Afaan.oromoo.simalee.jirachuuf.yaadeen.turee.garuu.maal.godhu.halkan.tokkoyyuu.buluun.dadhabe

  • @samiraasamiraa9860
    @samiraasamiraa9860 Před 4 lety +2

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👏👏👍👍

  • @alitullubba46
    @alitullubba46 Před 6 lety +2

    Kkkkkkkkk Baay'e galatooma

  • @beceegabisaababisaa6706
    @beceegabisaababisaa6706 Před 6 lety +1

    Wwwwwwwkkkkkkk funyeeee damaa too

  • @gelanefriend7750
    @gelanefriend7750 Před 6 lety +2

    Amazing

  • @hirkokidanu7652
    @hirkokidanu7652 Před 6 lety +1

    Funyee koo akkam akka sii jalaadhu

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 Před 3 lety

    Yaarabbiikooo

  • @malinakakish5053
    @malinakakish5053 Před rokem

    ❤❤❤❤❤😂😂😂😂🎉🎉🎉

  • @dastaethio6293
    @dastaethio6293 Před 6 lety

    Woooooow. Wooooow. Jabadhaa. Bayee. Namatii. Tolaa. Itti. Fufaa

  • @user-lc9df5ps2t
    @user-lc9df5ps2t Před 6 lety +1

    bayee namat tola galatooma lammii koo

    • @siifaanishawaa2059
      @siifaanishawaa2059 Před 6 lety

      baay'ee namatii toltuu gototonii oroomo kooti maale ija hamtuu issiin iraaa yaa qabu kkkkkkkkkkkkk baay'ee galatooma

  • @abdullaa9443
    @abdullaa9443 Před 5 lety +1

    😀😀😀😀😀😀😙😙😙😙😙😙

  • @barhaaannuguse8908
    @barhaaannuguse8908 Před 4 lety

    Uuuuuuufff feyyeee koo 😘😘😘

  • @jirtuijooleegooftaayesusin2810

    caltuu baga nagani dhufte damma koo

  • @huaweihuawei7716
    @huaweihuawei7716 Před 5 lety +1

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk bayee nama gamachisa

  • @genetbekela5560
    @genetbekela5560 Před 6 lety

    dhugaaa bayyeee namatii toltuu waaqayyo isin yaa ebiauu

  • @yerokiya908
    @yerokiya908 Před 6 lety +1

    Wayoooo yaa garakoo kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk uffffffffffffff

  • @rashaamuhamad4670
    @rashaamuhamad4670 Před 6 lety +1

    Bayee nama bohasituu

  • @saboontushawa.intaalabacho7384

    Kkkkkkkkkkk jabaadha iti fufaa

  • @zedlovetube4011
    @zedlovetube4011 Před 5 lety

    Funye woyyo garaa koo

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Před 4 lety

    Nuuf jiraadhaa qomoowwan keenya

  • @sanyiimustafhussenloveshas5209

    nitorkiini kuni ummaata mitti isumaa cufuu Ni midhaara
    akkaamii midhaaga akkaamii mi'awaa akkaamii urgawa jechii kessani hundu
    hundii kessanu galaatoma
    Ni gabaabsiitani waani mi'aawa dhageefatani laalani hin qufneekaana
    ani urgaa posta CZcams irraatti gootani ykn guyyaatti xinnaatu 50 olii irraa deddebi'ee ilaale
    Yaa Rabbii Ammaas waa hundanu tokko nu godhii

  • @fatumahusenihossain4287
    @fatumahusenihossain4287 Před 6 lety +1

    bayeee namati toluiuu

  • @abdullaa9443
    @abdullaa9443 Před 5 lety +2

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣😍😍😍😍😗😗😗

  • @hmamadina3724
    @hmamadina3724 Před 5 lety +1

    kkkkkkkkkkkkkkkhaa ya funyee